Forwarded from MADDA BEEKKUMSAAπ³ (Allahan Qaba)
πHARARGEE TUBE OFFICIAL
HAYYE HORDOFTOOTA KEENYA CHANNALI KEENYA JOIN GOCHUU HIN DAGATINAπππππ
@HARARGETUB
@HARARGETUB
ββββββββ
ππππππππ
https://t.me/harargetub

Telegram
πHARARGEE MEDIA
Chaanalii kan irra
- Seenaa babbareedoo
- Jecha Beektotaa
-walaloolee garagaraa
- Dhugaawwaan garaagaraa
- Tooftaa Milkaayinnaa
Bifa saayinsaawaa ta'een argattu!!!!!
CHANNEL YOUTUBE KEENYA SUBSCRIBE NUUF GODHA ππ
https://youtu.be/p51FnhhOuDY

βββββββββββββ
β€οΈGORSA/ADVICEπ
γ°γ°γ°γ°γ°γ°γ°γ°γ°γ°
β WAAN SADII HIN HAWWIN
π Furdinni quufa miti hin hawwin
π Abaarsi eebba miti hin hawwin.
π Summiin qoricha miti hin hawwin.
β WAAN SADII JETTEE HIN TILMAAMIN.
π Nama kolfu hunda gammadaa.
π Nama dureessa hunda arjaa.
π Nama hiyyeessa hunda doqna jettee hin tilmaamin.
β WAAN SADII WAA SADIIF JAALADHU.
π Aadaan kee Eenyummaa keetii jaaladhu.
π Afaan kee mallattoo keetii jaaladhu.
π Sabni kee dhiiga keetii jaaladhu.
β WAAN SADII HUBATTU MALEE HIN SEENIN.
π Dubbii keessa hin beekne.
π Bishaan gadi fageenyasaa hin beekne.
π Imala daandii isaa hin beekne hubattu malee itti hin seenin.
β WAAN SADII WAA SADIIF SODAADHU.
π Holqa mukaa bofaaf sodaadhu.
π Beekaan nama hin dhiisu goowwaa dubbiif sodaadhu.
π Obbolaa wal lolan Garaa haadhaaf sodaadhu.
πππππ
@DEDRORO
@OROMOTOO

Forwarded from Ado
βββββββββββββ
π΄π΄π΄π΄π΄π΄π΄π΄π΄π΄π΄π΄π΄ Namoonni telegramii fayyadamtan chaaneelii bareedduu armaan gadii kana hin qabdanu jedhee hin yaadu ani chaneelii kanatti baayyee gammadeera isinis join godhachuun gammachuu koo na wojjin qooddadhaa
βͺβͺβͺβͺβͺβͺβͺβͺβͺβͺβͺβͺβͺβͺ
ππππππππππππππ

β€1
#EthioTelecom
Iityoo Teelecoom guyyaa boru Hagayya 21/2012 irraa eegaluun guyyaa sadiif kan turuu keenna galateeffannaa qopheessu beeksise.
Mamiltoonni dhabbatiicha tajaajila intarneeta 1GB, tajaajila sagalee daqiiqaa 40, tajaajila ergaa barreeffamaa 100 ganama sa'aatii 12:00 hanga galgala sa'aatii 12:00tti #bilisaan ni argatuu jechuun Ethiopian Insider gabaaseera. #SHARE

ABDII KUTACHUU FI ABDII QABAACHUU !!
ββββββββββββββ
Wantoota guddaa sodaachisoo ta'an keessaa tokko abdii kutachuudha. Utuu Jiranii Abdii Kutachuun Farra Dhala Namaati. Namni Utuma Lubbuun Jiruu, Utuu soorata nyaatee Jiraatuu Abdii Kutata Taanaan Mataa Isaattis, Maatii Isaattis, Biyya Isaattis, Addunyaa Irra Jiraatuttis Ba'aa Sodaachiisaa Ta'a. Kanaaf
Abdii Kutuurra Mormaa Cituu Wayya. Sababni Isaa Jiraa Abdii Dhaberra Isa Du'e Wayya Waan Taheefi. Ariifattee Na Jalaatii Hin Aariin Ragaan Waan deeggaramen Dubbadhaa Jiraati.
Inni Du'e Seenaa isaa, Karoora isaa, Waanuma Isa Ilaalu Hundumaa Fudhatee Gara Lafa Jalaatti Waan Darbeef Bu'aas Miidhaas Hin Fidu.
π Jiraan Abdii Dhabe Garuu Bu'aa Yoo dhabes Miidhaa Qabaafan, "Jiraa Abdii Dhabe irra Du'aa Wayya" Jedhe.
Namni Nyaata Addunyaa Kanaa Nyaatee, Dhugaatii ishee Dhugee, Biyyoo Addunyattii Irra Miilla Isaatiin Adeemee, Oksiijinii Tolaatiin Jiraatee Faayidaa Guutuu Argachaa Ofiisaatif Faayidaa Dhaba. Kanaaf Addunyaan Kun Karaa nama kanaa kisaaraa olaanaa keessa jirti jechuudha. Adaraa kee obbolee koo hamma hafuura baafattutti abdii hin kutatin! Tolee? Waliif galleerra mitii?
β Goototni yeroo baayyee karoora isaanii jijjiruu irra lubbuu isaanii kennu. Kana jechuun lubbuu isaanii caalaatti karoora isaanii jaallatu jechuudha. Karoorri kee qabeenya keeti, kanaaf karoora keef jiraachuutti abdii hin kutin.
wantoota abdii nama kutachiisan keessaa tokko KUFAATII dha. yoo itti fayyadamteef kallattiin milkaa'inaas kufaatiidha.
Sababni isaa namni kamiyyuu kufaatii irraa barachuu waan danda'uuf kufaatiin barsiisaa namaa isa hangafa.
Fakkeenya Namoota Kufanii Milkaa'anii Keessaa : -
πROBERT KIYOSAK dureessa Ameerikaa keessaa tokko. Garuu Robert yaalii investimentiin yeroo meeqaaf meeqa nama kisaaredha.
πTOMAS EDISEN balbii elektrikaa hojjechuuf si'a 10,000 yaalee kufee nama milkaa'eedha.
πABRAHAAM LINKEN Pireezidaantii Ameerikaa ta'uuf waggaa 22ffaa isaa irraa eegalee dorgomee moo'amaa waggaa 52ffaa isaatti pireezidantii Ameerikaa tahe.
Isaan kunii fi kanneen biroo obsumaan irra deddeebi'an malee waan kufaaniif karoora isaanii hin fannifne.
β Kanaafuu abdii kutachuutti wanti si oofu diina kee isa karaatti si hambisuu barbaadu qofaadha.
Hin gowwomin ati michuun amanamaan waaqa kee gadiitti karoora kee akka ta'e hubachuun yoo kuftellee hin gadhiisin wajjin kufii ka'i!
Utuu waan meeqaaf abdatamtuu haalatti amantee karaa dhaabbattee haftaa?Matumaa karaa dhaabachuuf dhiisuun suma harka jira.
Haala yeroon jijjiirutti hirkatta taanan utuu ija hin godhatin hafta, seenaa kees biddeen ati nyaattee balleessiteef boolla awwaalaa isa si abaaraa hafu qofatu yaadata.
π Haala ilaaltee abdii hin kutatiin abdii hin kutatin ammas abdii hin kutatiin !!!
Haalli har'aa hin amanamu :
β #Har'a hiyyessa yoo taate bor ni sooromta.
β #Har'a uffata gahaa hin qabdu yoo tahe bor irraa hafaa qabaatta.
β #Har'a Miilla qullaa deemta yoo tahe bor kophee jijjirtee keewwaattam!
β #Har'a Hojii Hin Qabdu Yoo Ta'e Bor Hojjetaa Hedduu Qacarta!
β #Har'a Baasii Gejjibaaf Yoo Dhabdeyyuu Bor Konkolaata kee Yaabdee Adeemta!
β #Har'a Nama Si Jaallattu Hin Qabdu Yoo Ta'eyyuu Bor Baayyina Fira Keetif Dhiphatta!
β #Har'a Utuu Biyyi Kolfuu Yoo Boosseeyyuu Bor Yeroo biyyi Boo'u Kolfuuf Jirta!
β #Har'a Gurguddoota Biyyaa Hin Beektu Yoo Taheyyuu Bor Nama Guddaaf Beekamaa taata.
Kanaafuu haala keessa jirtutti gammadi wal'aansoo qabi, moo'ichi nama wal'aansoo qabu bira jira.
Moo'ichi guddaan immoo aarii fi dafqaan utuu hin taane karaa OBSAA argama.
Kanaafuu abdii kutuu caalaa obsa uffachuun daawwaa milkoomina keetiti.
Obboleekoo ABDII HIN KUTATIN!
NEVER GIVE UP!
CHANNALOTA KEENYA KANA JOIN GODHUUDHAN NUU HORDOFAA!
πππππππππ
πJOIN β οΈJOINβ
ππππππ
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
@DEDRORO
@HARARGETUB
@OROPRO

πObsuumaan ganna bahuu waan qaban uffatanii
πQorri didee hammatuus ilkaan ciniinnatanii
πJirra yoo jiruu taateef jireenya hin tuffanii
πObsumaan jiraachuudha kan boruu hin beekanii !

Wayyaaneen saba biraa taateef itti hin qabsoofne.
Hammeenya ishiin ilmaan Oromoo iratti dalagaa
turteefi malee. Firaan dalagame ambaan raaw'atamee hammeenyi
hammeenyuma.
Diinummaan gocha malee dhiiga miti!!
#JAWAR_MOHAMMED
Hammeenya ishiin ilmaan Oromoo iratti dalagaa
turteefi malee. Firaan dalagame ambaan raaw'atamee hammeenyi
hammeenyuma.
Diinummaan gocha malee dhiiga miti!!
#JAWAR_MOHAMMED
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAAπ³ (Allahan Qaba)
Watch "NEW WALALOO JAWAR MOHAMMED DAWADHAA ISININ JENNA !" on YouTube
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
YouTube
NEW WALALOO JAWAR MOHAMMED DAWADHAA ISININ JENNA !
LIKE SHARE SUBSCRIBE GODHU HIN DAGATINA#

Hangan seenaa dubbisettis ta'ee hangan argaa jirutti!
1. Oromoon Oromoo hinlolle.
2. Oromoon wal hinajjeefne
3. Oromoon jireenya wal hindhorkanne.
Oromoon sirna waliin wal'aansoo irra ture. Sirna waliin wal waraanaa tures wal waraanaa jiras. Inni Oromootu Oromoo lolaa jira jedhan kijiba.
Ishee akkanaa sirreessuu barbaachisa. Oromoo kan lolaa jiru sirna. Oromoonis kan lolaa jiru sirna. Sirna Oromoo lolu keessa ammoo kaleessas har'as Oromoon waraana ta'ee itti dabalama.
Isaan sirna Oromoo loluuf meeshaa ta'an utuu beekaniis utuu hinbeekinis saba isaanii ajjeesaa jiraachuu beekuu qabu

Bakka siin hin malle if hin kaayin.....!ββββ
πAti nama guddaadha addunyaan tuniis waan guddaa takka sirraa eegaa jirti. Khanaafuu waan xixiqqoo bira dabriitii waan guddaa sirraa eeggamu san fiixaan baasi.
πJacha nama hundaa gatii itti gootee hin ulfeeysin jacha garii tuffadhuutii bira dabri akkas malee miila lafaa khaafattee sosso'uu hin dandeeysuutii....!
πNamni gariin ifiif hin hojjatu yoo ati hojjattees jachaan sirraa hin adabatu. Jacha nama akkanaa tuffattee yoo bira kutuu baatte atiis achumaa isaanii wajjiin lafa dhiitaa oolta...!
πDhaamsi itti fufa...!
#Join join share
@OROMOTOO
@DEDRORO
@Harargetub

Miirota gaggaarii Torban hubadhu!
Kanneen kun sitti dhaga'amu taanaan ati nageenya guutuu qabda.
1. Miira Waan feenu tokko argachuu.
2. Miira Amantii
3. Miira Jaalalaa.
4. Miira Fedhii wal qunnamtii saalaa.
5. Miira waan jaallanu tokko hojjechuu yookiin gochuu.
6. Miira Dubartummaa fi dhiirummaa.
7. Miira Abdii.
Miironni kun sitti dhaga'amu taanaan ati nagaa qabda.
Odeeffannoo babbareedoo biroof Link kana cuqaasaa.
ππππππ
@oromotoo
@oromotoo
@dedroro

βFurmaanni Dammaquudha!
"Namichatu abjuudhaan bosona guddaa keessa deemaa ture. Osoo bosona addaan kutee deemaa jiruu, hoomaan waraabessaa gaana kaase, itti dhufe.Rifatee gara fuulduraatti osoo fiiguu, of duratti haroo balβaa naachi keessaa mulβatutti dhufe. Waan godhu dhabnaan, muka tokko koruuf yaadee, gara mukaatti fiige. Koruu eegale. Muka yaabbachaa osoo jiruu gara irraan jawwee muka irraa isa nyaachuuf itti deemu arge. Namichi kun jalaan waraabessa, fuulduraan haroofi naacha, gara irraan immoo jawweedhaan marfamee jira. Rakkoo hamaa isa muudhate kana keessaa bahuuf maal gochuu qabaa? Namni kun yoo fiiges, utaales, gara samii barrisees, nyaatamuu jalaa of oolchuu hin danda'u.
Rakkoo walxaxaa kana keessaa bahuuf fala tokko qofa qaba. Innis dammaquudha. Namichi kun hirriiba keessa jira. Kana jechuun gaafa dammaqe wanti inni akka rakkootti ilaalu kun rakkoo hin jirredha. Kana jechuun wanti namicha kana rakkise marti akka inni itti ilaalaa jiru irraa madda. Ilaalchi yoo jijjiirame rakkoon ni furama." Galaa Sammuu, fuula 97
Har'a irraa eegaluun godinaaleefi magaalota Oromiyaa garaa garaatti raabsamuu eegalee jira. Barbaadaa dubbisaa!
HALKAN GAARII!
π#JOIN JOIN SHARE

#Eebbisaa_Addunyaa (#Mucee) kan wareegame Hagaya 30, 1996, waggaa 24 harβaa, ture. Hiriyaan isaa #Xannaa_Wayyeessaas gaafuma sana isa waliin wareegame. Dhiigni Eebbisaa inni qulqulluun lafatti jigee hinafne, Eebbisaa miliyoonota horatee jira. #Haceen erga wareegamee kunoo baatii lama guute. Eebbisaa fi Hacaaluun kaayyoon isaan wareegamaniif tokkicha; uummatni Oromoo kaayyoo isaanii galmaan gaβuudhaan galata isaanii galchee, gumaa isaaniis baasa. #Abiy_Must_Go!
JAARRAA ABBAA GADAA
Photo
A-Abbaa Qeerrooti
B-Bareedaa Namaati
C-Carraa Qabeessa
D-Daandii Bilisummaati
E-Eebbifamaa Namaati
F-Farraa Dinaati
G-Goota Haqaa dubbata
H-Haayyuu Sabaati
I-Ija Ummataati
J-Jaanjeessaa Wayyaaneetii
K-Kennaa Oromooti
L-Leenca Sabaati
M-Maandisa Qabsooti
N-Naadhii Dammaati Dubbiinsa
O-Oromoo Qulqulluudha
P-Partii Ummataati
Q-Quqamaa mirgaa dhala namaati
R-Roraasaa Dinaati
S-Sabboonaa Oromooti
V-Video Ummataati
T-Tokkummeessa Oromooti
W-Wixinee Qabsooti
Y-Yaaddeessa Nafxanyati
Z-Zeroon Baayisa Dinaa Hundaati
#Join ππππ
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
@HARARGETUB
B-Bareedaa Namaati
C-Carraa Qabeessa
D-Daandii Bilisummaati
E-Eebbifamaa Namaati
F-Farraa Dinaati
G-Goota Haqaa dubbata
H-Haayyuu Sabaati
I-Ija Ummataati
J-Jaanjeessaa Wayyaaneetii
K-Kennaa Oromooti
L-Leenca Sabaati
M-Maandisa Qabsooti
N-Naadhii Dammaati Dubbiinsa
O-Oromoo Qulqulluudha
P-Partii Ummataati
Q-Quqamaa mirgaa dhala namaati
R-Roraasaa Dinaati
S-Sabboonaa Oromooti
V-Video Ummataati
T-Tokkummeessa Oromooti
W-Wixinee Qabsooti
Y-Yaaddeessa Nafxanyati
Z-Zeroon Baayisa Dinaa Hundaati
#Join ππππ
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
@HARARGETUB
Maqaan keenya tokkumma
Walumati waamamne
Madaan keenyas tokkumma
Waluman dhaanamne
"Leta Kenei Aga"
ππππππ
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
@HARARGETUB
Walumati waamamne
Madaan keenyas tokkumma
Waluman dhaanamne
"Leta Kenei Aga"
ππππππ
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
@HARARGETUB