የገና በዓል አከባበር በድሬዳዋ ዩኒቨርሲቲ
ድሬዳዋ ዩኒቨርሲቲ የዘንድሮውን የገና በዓል ዛሬ በደመቀና በሞቀ ሁኔታ ከተማሪዎች ጋር አብሮ አክብሯል። በበዓሉ አከባበር ላይ የዩኒቨርሲቲው ፕሬዝዳንት ዶ/ር ኡባ አደምን ጨምሮ፣ የዩኒቨርሲቲው ምክትል ፕሬዝዳንቶች፣ የተማሪዎች አገልግሎት ዲን እና የተማሪዎች ህብረት ተወካዮች ተገኝተዋል።
በቆይታቸውም የዩኒቨርሲቲው ከፍተኛ አመራሮች ለተማሪዎቹ የበዓል መግለጫና መልካም ምኞታቸውን ያስተላለፉ ሲሆን፣ ከተማሪዎች ጋር አብረው ጊዜ በማሳለፍ በግቢው ውስጥ ያለውን የአንድነትና የመተሳሰብ መንፈስ አጠናክረዋል።
በመጨረሻም የተማሪዎች ህብረት ፕሬዝዳንት ጎሳ ከበደ የዩኒቨርሲቲው የአመራር አካላት ከተማሪዎች ጋር በመሆን በዓሉን ስላከበሩና ዝግጅቱን ልዩ ስላደረጉት የላቀ ምስጋናቸውን አቅርበዋል።

❤2
Kabaja Ayyaana Qillee Yuunivarsiitii Dirree Dhawaatti
Yuunivarsiitiin Dirree Dhawaa har'a ayyaana Qillee (Gannaa) haala ho'aa fi miira gammachuu qabuun barattoota wajjin kabajeera. Saganticharratti Pirezidaantii Yuunivarsiitii Dirree Dhawaa Dr. Ubaah Adam dabalatee, ittaantonni pirezidaantii, diiniin tajaajila barattootaa fi bakka bu'oonni gamtaa barattootaa argamaniiru.
Kabaja ayyaanaa kanaan, hooggantoonni yuunivarsiitichaa hawwii ayyaanaa barattootaaf ibsuun, barattoota wajjin yeroo gaarii dabarsaniiru; kunis mooraa keessatti haala walitti dhufeenyaa fi tokkummaa caalaatti kan cimsudha.
Pirezidaantiin Gamtaa Barattootaa Gosaa Kabbadaa haasawa cufinsaa taasisaniin, gareen hooggansaa barattoota wajjin ayyaana kana kabajuun isaanii ayyaanicha haala adda ta’een akka kabajamu waan taasiseef galata onnee irraa madde dhiyeessaniiru.
Dire Dawa University celebrated the Ethiopian Christmas (ገና) in a warm and festive atmosphere today. The event was graced by the presence of DDU President, Dr. Ubah Adem, alongside the Vice Presidents, the Dean of Student Services, and Student Union representatives.
During the celebration, university leaders shared their holiday wishes and spent quality time with the students, reinforcing the spirit of community and togetherness on campus.
In his closing remarks, Student Union President Gosa Kebede extended his heartfelt gratitude to the management team for joining the students and making the celebration truly special.

❤9