Weak legislative enforcement due to lack of commitment by some regulatory officers at all levels
Possible Ways forwards:
Develop a National Road Map for Research and Development of Traditional Medicine Ethiopia with clear separated policy and guidelines
Separate TM research fund allocations
Developing of more Comprehensive legal framework for regulating and developing TM practices and products is needed, along with uniform practical implementation in all regional states.
Monitoring and evaluating the safety, efficacy, and quality of TM being sold in the market.
Apply new law (Directive No. 1134/2026) By The Ministry of Health to Traditional Medicine Practioners that advertise Scientificaly unproven herbal medicine on Social Media.
Providing Basic training for Traditional Medicine Pracitioners (TMPs) and continuous on-the-job regulatory staff training.
A formal Traditional Medicine curriculum and training school should be established in Ethiopia to train Undergraduate/level IV students
Strengthen collaboration between regulatory bodies (EPHI, EFDA and regional health bureaus) and research institution as well as academic organizations
Dr. Abdinasir Wako Abo; MD and Asst. Prof of Internal Medicine
Academic and Research VP, Adama Hospital Medical College
Telegram: t.me/HakimEthio

Telegram
Hakim
Ethiopian blend of Medicine, History and Humor.
Forwarded from Nuraddin Sham - FHS
MIRGA ABBAA QABIYYUMMAA FI ITTI FAYYADAMA LAFAA ABBAA MANAA FI HAADHA MANAA
✔Abbaan manaa fi haati manaa yeroo diiggaa gaa'ilaa raawwatan qooddaan qabeenyaas itti aanee dhufa lafti immoo qabeenya hin sochoonee fi fedhiin dinagdee ol'aanaan kan irra jiru waan taheef yeroo qooddaan qabeenyaa raawwatu falmiitu ka'a falmiiwwan kunneen keessaa "ani isii duratti lafa kana qaba na wajjiin hin qooddattu\hin qooddatu,lafa Maatii kiyya irraan dhaale waan taheef kan dhuunfaa kootiiti fi yeroo gabaabaa qofa waliin jiraanne waan taheef lafa dhaaluu hin dandeessu hin danda'u" kan jedhanfalmiiwwan yeroo hedduu ka'aniidha.
👇Seeronni biroo fi Murtiileen Dhaddacha ijjiibbaataa dhimmicha ilaallatan akkuma jirutti Labsiin Lafa Baadiyyaa Oromiyaa Haarayni Labsiin lakkoofsa 248/2015 hoo Maal jedha? 👇🏻dubbisaa
✔1) Qabiyyeen lafa baadiyyaa abbaan warraa yookiin haati warraa gaa’ila keessatti mootummaa irra argatan kan waloo isaanii ta’a.
✔2) Abbaan warraa yookiin haati warraa qabiyyeen gaa’ilan dura dhuunfaatti qaban yookiin sanaan booda maatii isaanii irraa dhaalaan yookiin kennan dhuunfaatti argatan akka qabiyyee dhuunfaatti kan galmeessisan yoo ta’e kanuma dhuunfaa isaanii ta’a.
✔3) qabiyyeen gaa'ila duratti dhunfatti qaban ykn sanaan booda maatiirraa dhaalan ykn kennaan argatan akka qabiyyee dhuunfaatti yoo galmeessisan kanuma dhuunfaa taha haa tahuu malee Abbaa manaa fi haati manaa kennaan ykn dhaalmaadhaan gaa'ila duraa fi boodaas yoo argatanwaliigaltee isaanitiin qabiyyee waloo taasifachuu ni danda’u.
↪4) kanneen armaan olitti lakk 2 irratti ibsame akkuma jirutti taheedhimmoonni armaan gadii kan guutaman yoo ta’e qabiyyee waloo isaanii ta’a:
👉🏻(a) Waggaa 10 fi isaa oliif waliin misoomsuun haala ittifufiinsa qabuun kan ittifayyadaman
yoo ta’e;
👉🏻(b) Walfuutonni yeroo kana keessatti jiruuf jireenya isaanii galii laficha irraa argamuun kan
bulan yoo ta’ee; fi
👉🏻(c) Mirga daa’immaniifi dubartii seera irraa maddu kan hin sarbine yookiin kan hin
hambisne yoo ta’e.
✔5) Abbaan warraafi haati warraa qabiyyee lafa baadiyyaa bu’uura Labsii lafa baadiyyaa lakk 248/2015 kana keessatti tumameen waloon qaban akkaataa Labsii kana keessatti tumameen kennaan dabarsuu ni danda’u.
✔6) Diiggaa gaa’ilaa keessatti haati warraafi abbaan warraa qabiyyee waloo isaanii yoo qooddatan qooda qabiyyee lafa nama tokkoo midhaan nyaataaf heektaara 0.5, biqiltuu dhaabbataaf heektaara 0.25, kan lafa jallisii heektaara 0.25 fi isaa gadi yoo ta’e laficha addaan qooddachuu hin danda’an.
✔7) Akkaataa Keewwata kana Keewwata Xiqqaa 6 tiin tumameen lafichi addaan qooddachuun kan hin danda’amne yoo ta’e laficha waliin kan ittifayyadaman ta’a. Haalli raawwii isaa Dambii bahuun kan murtaa’u ta’a jechuun labsichi lafa baadiyyaa haarofni labsiin lakk 248/2015 tumee jira. Kan hafe itti dabalaa Telegramaaniis koottaa Telegram https://t.me/NuraddinFHS dubbisaa
Galatoomaa

Nuraddin Sham - FHS
Seera wallaaluun itti gaafatamummaa seeraa jalaa nama hin baasu!
Ignorance of law does not excuse!
Ignorance of law does not excuse!
Forwarded from Nuraddin Sham - FHS
Barreeffamni kun dhimma darbiinsa yeroo (statute of limitations) beenyaa qabiyyee lafaa ilaalchisee xiinxala seeraa gadi fageenya qabuufi murtiiwwan ijoo Mana Murtii Waliigala Federaalaa (MMWF) irratti xiyyeeffata.
Dhimmi kun bakka gurguddoo lamatti qoodama:
1. Qabiyyee Guutumaan Guutuutti (Dhaabbiidhaan) Faayidaa Ummataatiif Fudhatame
Yeroo mootummaan lafa qonnaan bulaa ykn abbaa qabiyyee tokkoo faayidaa ummataatiif guutumaan guutuutti fudhatu, darbiinsi yeroo akkaataa kanaan raawwatama:
Labsii 1161/2019: Labsiin kun waa’ee darbiinsa yeroo ifatti waan hin tuminiif, gara Seera Hariiroo Hawaasaa (SHH) dhimmoota waliigalaatti deebi’ama.
SHH Kwt. 1845: Sababa dhimmi kun "Waliigalteen Alaa" (Torts) qofa osoo hin taane, mirga bu’uuraa Heera Mootummaa (Kwt 40(8)) waliin walqabatuuf, darbiinsi yeroo isaa waggaa 10 ta’a.
Murtii Dirqisisaa: MMWFDI Jildii 11, Lakk. Galmee 59979 irratti dhimmi kun waggaa 2n akka hin daangeffamne murtii kenneera.
2. Miidhaa Itti Fayyadama Lafaatiin Walqabatee Dhaqqabu (Lafni Guutummaatti Osoo Hin Fudhatamin)
Yoo lafti sun guutumaan guutuutti abbaa qabiyyee harkaa hin baane, garuu sababa hojii mootummaa ykn ijaarsa kkf tiin faayidaa lafa sanarraa argamu irratti miidhaan gahe:
SHH Kwt. 2143: Miidhaan waliigalteen alaa dhaqqabe jedhamee waan fudhatamuuf, darbiinsi yeroo isaa waggaa 2 qofa.
Murtii Dirqisisaa: MMWFDI Jildii 20, Lakk. Galmee 119563 irratti dhimmi miidhaa akkasii waggaa 2n akka daangeffamu mirkaneesseera.

Forwarded from Desalegn B. (Desalegn B.)
271726.pdf
281.5 KB
Dhaddachi Ijibbaataa MMWF hiikkoo seeraa kanaan dura lakk.Ga.249795 ta'e irratti kennee tureen "hojjetaan guyyaa shaniif itti fufiinsaan hojiirraa yoo hafellee osoo tokkoon tokkoon guyyaa inni hafe irratti hojjechiisaan akeekachiisa osoo hin kennin (warning in writing) waliigaltee hojii addaan kutuu hin danda'u" jechuun murteessee ture. Ta'us, dhaddachichi hiikkoo seeraa, abbootiin seera lakkoofsaan 7 ta'an irratti moggaafamaniin Lakk.Ga.271726 irratti, hiikkoo seeraan duraan kenname jijjiiruun labsii lakk.1156/2011 kwt 27(1)(b) irratti hundaa'ee hojjetaan guyyaa hojii shaniifi isaa oliif itti fufiinsaan yoo hojiirraa hafe, akeekachiisa barreeffamaa kennuun osoo hin barbaachisin waliigaltee hojii akeekachiisa malee addaan kutuun akka danda'amu murteesseera. Kunis, hiikkoon seeraa duraan kenname jijjiiramuu isaa agarsiisa
Join:-@desberofMM
Desalegn B.
Forwarded from Health CPD Ethiopia
Qaj.ADABBII.pptx
22.3 MB
👉Leenjii Qajeelfama Adabbii haaraa Lakk. 3/2017 ILQSO dhaan kenname. Leenjistootni Kidaanee Shifarraaw fi Aduunyaa Fullaas
Gurandh. 2018 Adaamaa
Gurandh. 2018 Adaamaa
Forwarded from Health CPD Ethiopia
Qajeelfama_Qacarrii,_Muudama,_Ramaddii,_Guddina,_Jijjiirraafi_Naamusa.pdf
4.6 MB
Follow👉https://t.me/musalawyer
Qajeelfama_Sirna_Naamusaa_fi_komii_hojjatoota_ATGO_Lakk_32_2013.pdf
10.9 MB
#Qajeelfama sirna Naamusaa fi Komii Hojjatoota Abbaa Taaytaa Galiiwwanii Oromiyaa Ittiin Keessumaa'u Qajeelfama Lakkoofsa 32/2013
Follow: https://t.me/musalawyer
Facebook page: https://www.facebook.com/profile.php?id=100083879241632

Taarkaanfii Naamusaa Hojjatoota Mootummaa.pdf
1.6 MB
#Balleessaa_Naamusaa Hojjatoota Mootummaa Ilaalchisee Tarkaafiiwwan Naamusaa Fudhatamu, Gosoota Tarkaanfii Naamusaa Fi Akkaataa Murtiin Itti Kennamu.
Follow👉https://t.me/musalawyer
Follow👉https://t.me/musalawyer