Dabbaal Post
64 subscribers
587 photos
3 videos
58 files
9K links
Download Telegram
Poolisiin Federaalaa Itoophiyaa shakkamaa Adooniyaa Birhaane to'annoo jala oolchuu beeksise

Poolisiin Federaalaa Itoophiyaa ibsa kaleessa galgala baaseen shakkamaa Adooniyaa Birhaane A/Mikaa’eel jedhamu to'annoo seera jala oolchuu beeksiseera.

Tiiktookarri Adonaayi kan to’annoo jala ooleef, “dhimma shakkamtoonni shan kan sagantaa ummataaf televizyiniin kallattiin darbe irratti safuufi duudhaa bifa cabseen uffata safuu taru uffatanii argamuun to’annaa jala oolaniin kan wal qabatu ta’uu poolisiin ibseera.
Tiktookari Adooniyaan badhaasa “Jii Paawor Tiiktook Kireetiiv Awaardi 3ffaa” jedhamu irratti gosoota afuriin injifachuun isaa kan yaadatamudha.

Odeessa guutuuf dubbisaa
https://web.facebook.com/share/p/19TmCkpuxf/
የገቢዎች ሚኒስቴር በልብስ ስፌት አገልግሎት ላይ የሚጣለውን የኤክሳይዝ ታክስ አከፋፈል በተመለከተ አዲስ ማብራሪያ ሰጥቷል።

ሚኒስቴሩ፣ የልብስ ስፌት ፋብሪካዎች " የአገልግሎት ሰጪ ነን " በሚል ምክንያት ከኤክሳይዝ ታክስ ነፃ መሆን እንደማይችሉ ባወጣው ሰርኩላር ደብዳቤ ላይ አመልክቷል።

ከዚህ ቀደም የገንዘብ ሚኒስቴር በሰጠው ማብራሪያ፣ አምራቾች ከደንበኞች የሚቀርብላቸውን ጨርቅ የመስፋት አገልግሎት በሚሰጡበት ወቅት የኤክሳይዝ ታክስ እንዲከፍሉ አይጠየቁም ተብሎ የነበረ ቢሆንም፣ ይህ አሰራር የታክስ ገቢ እንዲታጣ ምክንያት መሆኑ ተገልጿል።

በመሆኑም በኤክሳይዝ ታክስ አዋጅ ቁጥር 1186/2012 (እንደተሻሻለው) መሠረት፣ በHS Code 50.07 እስከ 63.04 የተመደቡ የጨርቃ ጨርቅና የተሰፉ ልብሶች ምርቶች የኤክሳይዝ ታክስ የሚጣልባቸው በመሆኑ፣ የልብስ ስፌት ፋብሪካዎች ግዴታቸውን እንዲወጡ መታዘዙን ካፒታል ጋዜጣ ዘገቧል።

የገንዘብ ሚኒስቴር በቁጥር ታ/ክ/4/5/952 በቀን 01/04/2018 በሰጠው አዲስ ማብራሪያ መሠረት፦ የኢንቨስትመንትና የንግድ ፈቃድ ያላቸው የልብስ ስፌት ፋብሪካዎች ለኤክሳይዝ ታክስ ዓላማ የመመዝገብ ግዴታ አለባቸው።

በተጨማሪም " የልብስ ስፌት አገልግሎት ሰጪ ነን" በሚል ሰበብ ከታክስ ነፃ መሆን አይችሉም የተባለ ሲሆን አምራች ፋብሪካዎችና የሚመለከታቸው የሥራ ክፍሎች ይህንን አውቀው ተገቢውን ክትትል እንዲያደርጉ የገንዘብ ሚኒስቴሩ አሳስቧል።

በታህሳስ 7 ቀን 2018 ዓ.ም በገቢዎች ሚኒስትር የተላለፈዉ ይህ ውሳኔ በዘርፉ ሊሰበሰብ የሚገባውን የታክስ ገቢ በአግባቡ ለመሰብሰብና አሰራሩን ግልፅ ለማድረግ ያለመ መሆኑ ተጠቁሟል።

ይህ መረጃ ባለቤትነቱ የካፒታል ጋዜጣ ነው።

@tikvahethiopia
Ramadan Mubarak.
Baga Geessan.
Baga Geenye
Injifannoon Adawaa gaaffii ulaa galaanaa Itoophiyaa fuulduratti adeemsisuun kan mirkaneessu jechuun Pirezidaanti Taayyeen dubbatan

Ayyaanni Yaadannoo Injifannoo Adawaa 130ffaan harra guutuu biyyattiitti kabajamee oolee jira. Pireezidaantiin Itoophiyaa Taayyee Atsqasillaasee haasawaa sagantaa kabaja yaadannoo Adawaarratti taasisaniin, “gaaffiin ulaa galaanaa Itoophiyaan harra gaafataa jirtu aarsaa walabummaa gootonni Adawaa irratti taasisaniin kan adda foo’amee ilaalamu miti” jechuun ibsanii jiran.

Haasawa isaanii mata duree “Seenaa boonsaa haga barii ifa qabu” jedhu keessatti, injifannoo Adawaa 1986 booda xiyyeeffannoon biyyattii angafni karaa qunnamtii diiploomasii addunyaa kaan waliin itti taasiftu ulaa galaanaa mirkaneeffachuu ture jedhan.

Dabaluunis carraan jiraattota biyyattii miiliyoona 100fi miiliyoona 20 tilmaamaniis kan inni milkaawu yoo biyyattiin bishaan yaa’aa biyya keessaa qofaatti hin daangeffamnee jedhan.
"Updated news"
Under threat, Iraqi Kurds resist pressure to join Iran war - Axios

1. Under threat, Iraqi Kurds resist pressure to join Iran war Axios
2. Exclusive: Israel backing Iranian Kurdish plans to seize Iran border areas, sources say Reuters
3. CIA working to arm Kurdish forces to spark uprising in Iran, sources say CNN
4. Trump calls on Kurds to aid U.S. effort in Iran, offers support The Washington Post
5. Can the Kurds Challenge the Iranian Regime? Council on Foreign Relations

@GoogleNews
"#Updated #news"
Iran war’s targets widen into civilian infrastructure as Bahrain says water plant hit - AP News

1. Iran war’s targets widen into civilian infrastructure as Bahrain says water plant hit AP News
2. Bahrain says water desalination plant damaged in Iranian drone attack Al Jazeera
3. Middle East conflicts largely avoided energy facilities in the past. Not in this war NPR
4. Iran Escalates Retaliatory Strikes as U.S. Signals Long Battle The New York Times
5. Iranian drone damages desalination plant in Bahrain ABC News

#GoogleNews @GoogleNews
👍1
Oil prices rise
"news"
Live updates: Strait of Hormuz in crosshairs of Iran conflict as attacks on ships escalate - CNN

Live updates: Strait of Hormuz in crosshairs of Iran conflict as attacks on ships escalate CNNView Full Coverage on Google News

@Google
ሱዳን የፈጥኖ ደራሹ ኃይል በሽብርተኝነት እንዲፈረጅ ጥያቄ ማቅረቧ ተገለጸ

የሱዳን የውጭ ጉዳይ ሚኒስቴር ለዩናይትድ ስቴትስ ይህ ጥያቄ ያቀረበው ዋሽንግተን ሙስሊም ወንድማማቾች የተሰኘው ቡድን የሱዳን ቅርንጫፍን በአሸባሪ ድርጅነት በፈረጀች ማግስት ነው።

ዩናይትድ ስቴትስ ሙስሊም ወንድማማቾች በተሰኘው ሱዳን ውስጥ በሚንቀሳቀሰው ቡድን ላይ ያሳለፈችው የሽብርተኝነት ፍረጃ ከመጪው ሳምንት ጀምሮ ተግባራዊ እንደሚሆን ተገልጿል።

ዋሽንግተን ቡድኑን በሽብርተኝነት የፈረጀችው ተዋጊዎቹ ስልጠና እና ሌሎች ድጋፎችን ከኢራን እስላማዊ አብዮታዊ ጥበቃ ቡድን የሚቀበል ድርጅት ነው በሚል ነው።
የህዝብ ተወካዮች ምክርቤት የሀዘን ቀን አወጀ

በጋሞ ዞን የደረሰውን የመሬት መንሸራተት አደጋ ተከትሎ የሦስት ቀናት ብሔራዊ የሐዘን ቀን ታውጇል።

ብሔራዊ የሐዘን ቀኑ ከመጋቢት 05 ቀን 2018 ዓ.ም ጀምሮ ለሦስት ተከታታይ ቀናት እንደሚቆይ የሕዝብ ተወካዮች ምክር ቤት አስታውቋል።

መጋቢት 2 ቀን 2018 ዓ.ም በደረሰው የመሬት መንሸራተት አደጋ እስካሁን የ80 ወገኖች ሕይወት ማለፉ ተረጋግጧል። የቀሪዎቹን ለማግኘት ፍለጋው መቀጠሉም ተጠቁሟል።
"Current news"
Trump urged uprising, but as bombs fall, Iranians are ‘too scared to move’ - The Washington Post

1. Trump urged uprising, but as bombs fall, Iranians are ‘too scared to move’ The Washington Post
2. In Tehran, hope for change turns to panic: 'They are turning the country into ruins' NBC News
3. ‘You are all worse than each other’: anti-regime Iranians turn on Trump The Guardian
4. Residents of Tehran tell AP of rising fear and isolation as bombs strike without warning AP News
5. A glimpse of one Iranian’s life in Tehran during the war NPR
Dhiheessiin Boobba'a hala rakkiisa keessa jirachu Muummeen Ministeera Itoophiyaa beeksiisan.
Baga Ayyaana Iidalfixrii geessan hundi nama soomane
Bitootessa 3 Pirezidantiin US Doonaald Tieramp karaa miidyaa hawaasaa isaa Truth Social Yunaayitid Isteetisiifi Iraan gidduutti waraana dhaabuurratti mariin bu'a qabeessi tureera jedhee, garuu haleellaa itti fufuudhaaf cimsee doorsisaa ture.
Akka ogeessi istiraateejikii Birhaam Chellaanii jedhutti, "Tiraamp waraana kana kan jalqabeef mootummaa Iraan buqqisuu galma godhatee ture, garuu galma jalqabaa isaa kana milkeessuu dadhabee mootummaadhuma buqqisuuf yaalee dadgabe sana waliin waliigalteerra ga'uuf mariyachaa jira. Matiin Iraan waliinii kun erga dhugaan jiru hubatamee booda kan dirqamaan jalqabamedha."
#Isiraa’eel #Libaanoos irratti haleellaa bantee namoota 254 ajjeestee, 1,165 madeessite; Iraan ammoo darba boba’aa Ulaa Hormuuz deebistee cufuu beeksifte

Finfinnee, Eebla 08, 2026: Iiraan erga Isiraa’eel haleellaa waraanaa Libaanoos irratti raawwattu cimsiteen booda, sochii dooniwwan boba’aa Ulaa Hormuuz irra yabalan cufuu ishee miidiyaaleen biyyattii gabaasaa jiran; kunis waliigaltee dhukaasa dhaabuu torban lamaa dhiheenya kana labsame irratti dhibbaa guddaa uumeera.

Dhaabbanni Oduu Faarsis akka gabaasetti, Teehiraan sochii yabala doonii boba’aa murteessaa ta’e kanaa kan dhaabde, Isiraa’eel erga waraanni kun jalqabamee as haleellaa ishee isa guddaa Libaanoos irratti raawwachuu ishee hordofeeti.

Gara garummaan kun kan ittuu caale erga waliigalteen dhukaasa dhaabuu Iraan duuka waliigalamee boodadha.
UK says failure of peace talks 'disappointing'
UK health secretary Wes Streeting has said the failure of US-Iran peace talks was “disappointing”.

The senior minister told Sunday Morning With Trevor Phillips on Sky News: “It’s obviously disappointing that we haven’t yet seen a breakthrough in negotiations and an end to this war in Iran that is a sustainable one.

“But as ever in diplomacy, you’re failing until you succeed. So while these talks may not have ended in success, that doesn’t mean there isn’t merit in continuing to try.

“Clearly when you look at the impact of the war in Iran on this country, on other countries around the world who have no part in this war, it is in all of our interests for there to be a breakthrough and an end to this war.”
💥Boqonnaan waggaa hoojjettota Mootummaa hundaaf walqixa kennamaa? Kayyoon hayyamni waggaa hoojjettota Mootummaaf kennamuuf hoo maali? Hayyamni boqonnaa waggaa maallaqatti jijjiiramuu ni dandahaa? Kuufamuu hoo?👇

⚖️Qajeelfama raawwii hoggansa qabeenya namaa manneen Hojii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Lakkoofsa 24/2015 boqonnaa kudha lama jalatti ibsamee jira.
💥Kaayyoo Hayyama Boqonnaa Waggaa
👉1. Kaayyoon hayyama boqonnaa waggaa hojjetaan mootummaa yeroo murtaa'eef boqotee tajaajila hojii isa irraa eeggamu miira haaromeen akka itti fufu dandeesisuufidha.
👉2. Hojjetaan mootummaa haaraa qaxarame tajaajila ji'oota 11 osoo hin kennin dura, hayyama boqonnaa waggaa argachuuf mirga hin qabu.
👉3. Boqonnaan waggaa tokko keessatti kennamu inni xiqqaan guyyoota hojii 20 yoo ta'u, inni guddaan guyyoota hojii 30 ta'a.
👉4. Tajaajilli mana hojii mootummaa biraa keessatti kenname yookiin muuxannoon hojii dhaabbilee mootummaa beekamtii qaama mootummaa aangoo qabu irraa kenname kan gibirri mootummaa itti kaffalame mana hoji haaraa itti qaxarame, ramadamee yookiin itti jijirrame keessatti ni qabama.
👉5. Hayyamni boqonnaa waggaa tajaajila irratti hundaa'e akkaataa uunka armaan gadi irratti ibsameen ni kennama.
👉6. Keewwata kana keewwata xiqgaa 5 jalatti kan ibsame akkuma jirutti ta'ee, hayyamni boqonnaa waggaa kennamu hojiin mana hojichaa akka hin miidhamnee tilmaama keessa galchuudhaan karoora mana hojichaa iratti hundaa'ee dabareedhaan kan kennamu ta'a.
👉7. Hojjetaan tokko yeroo leenj gabaabaa ji'a 8fi isaa gadi jiraniif yeroo hojii idilee isaa dhaabu, hayyamni boqonnaa waggaa ni qabamaaf, ni kennamaaf.
👉8. Hojetaan yeroo leenjii yookiin barnoota dheeraaf ji'a 9 fi isaa ol jiraniif deemu yeroon leenjii yookiin barnoota irra ture hayyama boqonnaa waggaa l keessatti hin qabamuuf.
👉9. Keewwata kana keewwata xiqgaa 7 jalatti kan ibsame akkuma jirutti ta'ee, hojetaan barnoota yookiin leenjii ji'a 9 olii irra turu mana barnootichaa irraa yeroo yeroodhaan boqonnaa waan argatani fidha.
⚖️169. Kaffaltii Boqqonnaa Waggaa
👉1. Boqonnaan waggaa maallaqaan hin jijiiramu.
👉2. Keewwata kana keewwata xiqqaa 1 jalatti kan ibsame jiraatus, sababa humna olitiin tajaajilli hojjetichaa kan addaan cite yookiin hayyamni boqonnaan waggaa barbaachiisummaa hojiitiif kan kuufamee fi hin kennamneef ta'uun isaa mallattoo
itti gaafatamaa olaanaa mana hojitiin yoo mirkanaa'ee gara maallaqaatti jijiramee ni kennamaaf.
👉3. Keewwata kana keewwata xiqqaa 2 jalatti kan ibsame akkuma jirutti ta'ee, haala kaffalti kanaa raawwachuu fi raawwachisuuf, mindaa hojjetichi ji'aan yeroo boqonnaan isaa seeraan akka darbuuf taasifame argataa turetti jjiiruudhaan akka kanfalamuuf ni taasifama.
👉4. Hojjetaan mootummaa boqonnaa waggaa kuufachuu hin danda'u.
👉5. Keewwata kana keewwata xiqqaa 4 jalatti kan ibsame akkuma jirutti ta'e, barbaachisummaa hojiitiif boqonnaa waggaa hojjettootaa kuusuu kan danda'u mana hoj hojetaa hojjisiisu qofadha.
👉6. Boqonnaa waggaa kuufame keessaa yoo baay'ate kan bara baajata 2 hin caalle mallattoo itti gaafatamaa olaanaa mana hojiichaa darbuu ni danda'a.
👉7. Keewwata kana keewwata xiqqaa 6 jalatti kan ibsame akkuma jirutti ta' ee, bara baajata 3fa keessatti hojjetichi boqonnaa waggaa akka argatu taasisuun dirqama mana hojiiti.
👉8. Boqonnaa waggaa bara baajata 3fatti darbe keessaa walakkaan isaa gara qarshiitti akka jijiirramuuf hojjetaan hoji irra osoo jiru gaafachuu ni danda'a.
👉9. Keewwata kana keewwata xiqqaa 8 jalatti kan ibsame akkuma jirutti ta'ee, manni hojichaa sababa baay'ina hojitiin boqonnaa waggaa kuufamee kennun yoo dadhabe boqonnaa bara baajata lamatti kuufame keessaa hoojjatichi yoo gaafate, dursa baajata qabsiisuun boqonnaa bara baajata biraatti darbee keessaa kan waggaa tokkoo isa duraa qofti qarshiitti jijiiramee kennamuufi ni danda'a.
👉10. Hojjetaan tokko hojii gadi lakkisuuf yoo gaafate yeroo akeekkachiisaa ji'a tokko keessatti boqonnaan bara baajataa sana keessatti qabu kennamuufii qaba.
👉11. Keewwata kana keewwata xiqqaa 10 jalatti kan ibsame jiraatus boqonnaan kanaan alatti kan kuufamee kan bara baajataa darbe lama yoo jiraate qofa qarshiitti jijiiramee kaffalamuu ni danda'a.
👉12. Keewwata kana keewwata xiqgaa 10 fi 11 jalatti kan ibsame akkuma jirutti ta'ee, manni hojii akeekkachiisa hojii gadi lakkisuu kennameef hanga ji'a sadiitti dheeressuuf aangoo waan qabuuf hojjetichi kana keessatti fayyadamaa akka ta'uu
taasisuu ni danda'a.
👉13. Keewwata kana keewwata xiqgaa 12 jalatti kan ibsame jiraatus boqonnaa bara baajataa ittiin hojjetamaa jiru garuu hojjetichi fudhachuu waan qabuuf gara qarshiitti jijiiramee hin kennamuuf.
👉14. Hojjetaan mana hojii tokko irraa gara mana hojii biraatti jijiirraa alaatiin deemu boqonnaa waggaa kuufamee qabu keessaa
Iran War
The Iran war remains the most consequential military conflict in the Middle East in over two decades. Recent developments have focused heavily on the Strait of Hormuz, with Iran preventing US warships from entering the strategic waterway and unveiling new maps showing areas under its control. The US continues enforcing a blockade on Iranian ports, having redirected 37 Iranian or Iranian-linked vessels since the conflict began. Chinese authorities invoked an anti-sanctions law to counter US blacklisting of refiners purchasing Iranian crude—a significant escalation in the economic dimensions of the conflict. The UAE accused Iran of attacking an empty ADNOC oil tanker in the Strait of Hormuz, while President Trump announced the US would help free ships stranded in the Strait, describing it as a "humanitarian gesture." Iranian officials and IRGC-affiliated media are signaling readiness for the resumption of fighting, with senior military officials describing renewed conflict as "likely" and emphasizing that Iranian armed forces remain on full alert.
Iran prevents entry of U.S. warships into Strait of Hormuz, Navy says – Iran's navy said it prevented the entry of enemy warships into the Strait of Hormuz by issuing a "swift and decisive warning," according to state TV.
UAE accuses Iran of attacking empty ADNOC oil tanker in Strait of Hormuz – The United Arab Emirates accused Iran of attacking an empty crude oil tanker belonging to Abu Dhabi state oil firm ADNOC with drones as it attempted to pass through the Strait of Hormuz.
China invokes anti-sanctions law to counter US blacklisting of refiners – China invoked a law targeting companies that comply with foreign sanctions it rejects, escalating pushback against US blacklisting of oil refineries over purchases of Iranian crude.
Iran Update Special Report, May 2, 2026 – Iranian military officials expressed pessimism about prospects for compromise between Iran and the United States, describing renewed military conflict as "likely" and emphasizing armed forces remain on full alert.
Trump says US will help free ships stranded in Strait of Hormuz – President Trump said the US will start helping free ships stranded in the Gulf but gave few details, describing the effort as a "humanitarian gesture."
Ethiopia Red Sea Issue
Ethiopia's demand for Red Sea access continues to drive tensions with Eritrea, though diplomatic channels remain open. Prime Minister Abiy Ahmed has stated Ethiopia will not go to war over Red Sea access, seeking instead negotiated solutions. The focus centers on Eritrea's port of Assab, which Ethiopia historically used before losing access when Eritrea gained independence in 1993. Both countries have moved troops toward their shared border, and Ethiopia formally accused Eritrea in a letter of occupying part of Ethiopian territory. However, Abiy has also pursued alternative port arrangements, including a memorandum of understanding with Somaliland for port access at Berbera, which angered Somalia. Egypt has become increasingly involved, reportedly offering Red Sea access to Ethiopia in exchange for Nile water concessions related to the GERD dam project. Ethiopian Foreign Minister Gedion Timothewos sent a letter to his Eritrean counterpart in February signaling interest in "good-faith negotiations" specifically regarding access through Assab.
Ethiopia's Abiy Ahmed Says Country Will Not Go to War Over Red Sea Access – Ethiopian Prime Minister Abiy Ahmed stated his country would not go to war over Red Sea access, though he emphasized building a force that "finishes missions in a short period of time."
Ethiopia's Demand for Red Sea Access Drives Fears of New War With Eritrea – Analysis describing how tensions have escalated, with both sides moving troops toward their shared border and Ethiopia accusing Eritrea of occupying part of its territory.