Mee xiqqo yaadaan if duuba si haa deebisu. Gaafa dur - yeroo ijoollummaa keenyaa - yeroo itti fayyadamni social media tiis tahe kan teekinooloojii biroo akka arraa kanatti hin babal’atin sana, namni akka ammaa kanatti yeroo mara dhimma isa hin ilaallanne hundaan mataa if dhukkubsuu fi busy if godhu hin jiru ture. Ganama barii kaanee mana barnootaa deemnee eega galleen booda, sheekha birattiis bobbaanee Qur’aana qaraanee, sana booda waan dandeenyuun maatii teenya gargaarree eeybaa fi du'aa'ii isaaniitiis irraa fudhannee galgala galla.
Hanga Rabbiin nuuf laaffisetti ifaalleen jiraachuu baatu lambaa fi faanosa fayyadamnee hojii manaa yoo qabaannes hojjannee ammaas xiqqo waan barannee gallees (tan mana barumsaatti barannee fi tan sheekha biratti barannees) keeysa deebinee lallaalleeti, ishaa'ii salaannee irbaata keenya nyaannee galgalaan ija teenya waliin qabnee rafna.
Egaan galgala galgalaan waan rafnuuf hirriiba gahaadha arganna ture. Almost sammuun teenya ta waa hundarraa bilisa taate, ta boqonnaa gahaa argatte tanaatu hirraabaa ka'a - ganama yeroo salaata subiitiif dammaqnu sana. Akkuma dammaqneen wuduu'annee subii salaanneeti, san booda osoo hirriibatti gad hin deebine bariisaa saniin sheekha keenya biratti ganamnee Qur’aana irra bahannee (irraa barannee) dachaana.
Sana boodaas ciree teenya nyaannee osoo hin orraafanne, bariin gara mana barumsa keenyaa imala keenya eegalla. Hiriyoottan keenya qaqqaalii kanneen hireen barnootaa ijoollummaan walitti nu fiddee wajjiin hanga sa'aatiin barnootaa teenya geeysuu kubbaa miilaatii fi taphoota bashannansiisoo birootis taphachaa waliin bohaarra. Hoggas gammachuun teenya dachaa taati. Sammuun teenyaas bilisa (free) waan taateef barumsa barannu qabachuunis haalaan nuuf salphata.
Hiriyootaa fi barsiisota keenyaa wajjiin gammadaa hanga walakkaa guyyaatti yeroo gaarii waliin dabarsina. Akka ammaa kanatti social media'n jiraatee - itti fayyadamni isaa bal'atee - sammuu if jeequun tun hin jirtuun baana. Gabaabumatti yeroon sun yeroo gaariidha turte.
✍️ Ararso Mohammed
August 30, 2024
Fadis, Oromiyaa irraa!!

Creative Dev
Mee xiqqo yaadaan if duuba si haa deebisu. Gaafa dur - yeroo ijoollummaa keenyaa - yeroo itti fayyadamni social media tiis tahe kan teekinooloojii biroo akka arraa kanatti hin babal’atin sana, namni akka ammaa kanatti yeroo mara dhimma isa hin ilaallanne hundaan…
Original content was posted on my official website. Checkout here
👇👇👇👇
https://ararsogx.blogspot.com/2024/08/joollummaa.html

Forwarded from Namummaa Qofaan
🌹🌷⚘ QANANII RABBII ⚘🌷🌹
Yaa nama sammuun fayyaa si qabu , yaa khan ijaan arkitu , yaa khan gurraan dhageeysu qananiin rabbiin rabbiin siif oole qananii gurguddoo akka tahe beekhi...
Mataan qananii hundaa Islaamummaa akka tahes hin dagatin !!!
Namni qananii addunyaa hunda qabaatee islaamummaa dhabe qananii 1llee hin arkanne khan qananii hunda dhabee islaamummaa arkate addunyaarraa qananiin isaaf hin hafne...
Yaa RAHMAAN atummaan nu qananiisi...
Aamiin allaahumma aamiin...
T.me/gorfami999

Telegram
Namummaa Qofaan
Channel @gorfami999 🥀9⃣9⃣9⃣🥀
Linkiiin Telegraamaa kuni,👇
https://t.me/gorfami999 Jijjiirraa muuxannootiifi beekkumsaa, barnootaa walii raabsuuf kan banameedha!
Kanaafuu share Gochuun Hiriyoota keessaniif qoodaa.
Telegram channel:

❤2
Forwarded from Namummaa Qofaan
#Seeqachuu
~ Seequun afaan lammiin kamuu hubatuu dha .
~ Seequun hanga ifaa ibsuuf rakkatan nama hin rakkiftu, garuu ifaa caala ifti !
~ Seeqadhu . ilkaan awraa عورة mitii !
~ Seeqadhu. Ibiddi jiruu si qofa hin gubnee !
~ Dibata ( Qibaatii ) caala , seeqachutu fuula bareecha
~ Seequun falfala halaalaati !
~ Seequun ifaa dukkana jireenyaati !
~ Jiruun akka daawwitiiti, yoo ati itti seeqatte sitti seeqatti !
~ Addunyaan kuni Camera dha , yoomuu Seeqadhu akka suuraan kee bareeduuf !
~ Wanti Rabbi ilkaan adii godhee uumeef, haa seeqannuufi !
~ Jechoota kumaatama arrabni dadhabe , Seequun ibsiti !
~ " Duubaan dhufee carqii/uffata isaanii morma irra jirtu waliin butee '' Yaa Muhammad ! Qabeenya walitti qabdee irra teessu san naaf kenni " Nabiyyichi seeqataa as gara galee '' Kennaafii '' jedhe
Fidaakha Abii Wa Ummii !
~ Seequu dhaan sibiilli laafa !
~ Gaafa duniyarraa deeman: girdoo mana Aa'ishaa ol qabanii sahaabota isaaniitti " Seeqatanii " gadi deebisan , addunyaa irraa deeman !
Machii du'aa keessatti seeqate صلى الله عليه وسلم
Qulqullaa'e Rabbiin amantii islaamaa keessatti seeqachuu ibaadaa godhe !
Seeqadhaa, Rabbi Rahmataa Qabdanii !!
•┈┈• ❀°•🌹•°❀•┈┈•
©️Abdurahiim Muhammad Ahmad
JOIN Godhi↓ ↓ ↓
➥https://t.me/gorfami999

👍3
Forwarded from Namummaa Qofaan
☆☆﷽☆☆
#اذکار النوم😴
■Zikrii halkanii jechuudhaan hirriba keessan banadhaa... waan irratti raftan ... laalladhaa.. eeggadhaa.... irra hedduun keennaa waan hin taane osoo laalluu rafnee nutti bari'a kuni immoo... mallattoo goggogina qalbiitirraahi...
●kanaaf zikriiwwan hedduutu jira.. haga isaan jettee geessitutti hirribni kee ni dhufa... waan hin taane irratti raftee.. ni kaata moo achiin haftaa kee hin
beeytuu.. of eegi
https://t.me/gorfami999

#HIN #AARIN?! .....😡
#لا تغضب.....😡؟!
Ahbaabii jechi tun jechuma qaldii fakkaatti garuu...
✍ faayidaa guddaa qabdi... nama itti fayyadameef...
✍miidhaa guddaa nama miiti.. nama itti fayyadama isii wallaalee.. #aaraa ooluuf....
✍Mee seenaa tana na waliin bohaaraa......
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
■Gaaf tokko Namni akkaan aaru tokko... keessummaa ta'ee mana namaa dhufe. "Marhaban😊"jedhanii qeebalaniinii.. iraanni qophaa'e sana booda .... Abbaa manaa , haadha manaa, fi keessummichi waliin iraata nyaatutti seenan... osomaa nyaatanii haadha manaatiifi abbaan manaa xiqqoo afaan walitti badan( wal arrabsan.. /wal lolan) eegasii abbaan manaa ka'ee haadha mana isaa tumuu eegalee( abbaa irree fakkaata😁) .. sana booda keessummichillee nyaata irraa ka'ee abbaa manaa waliin isii tumuu eegale🤔.
Haaaa..." ani silaa jaartii tiyya tumaa jiraa ... ati addaan nu qabuufuu.. na waliin isii tumtaa????!!!"jedheen abban manaa....
keessummichis deebi'ee akkana jedheen..... "bar obboleessoo... waan kana harka, harkaan fixnee.. nyaata keennaatti deebi'uufi😄😄!! jedheen....
kanaaaf ati bakka deemtuu fi teettu maratti tasgabbaa'aa namaa ta'i..... ykn kunoo akkanatti jaartii namaa tumta... 😁
Ee miskiina wlh... kanaaf
💎hin aarin .... Aarin bakka hintaane si dhaabdi...
💎#hin aarin aariin gad aanaa namaa si gooti.
💎#hin aarin... Aariin nama biratti jibbamaa namaa si gooti...
💎walumaa galatti....
#AARIIN... gocha nabiyyiinﷺ irraa si dhooggee fi waan jiruu teetiitti gufuu ta'u irraa si fageessani....salawaatu rabbii wasalaamuhuu alyhi...
share👇

۞ رَبِّ إِنَّهُنَّ أَضۡلَلۡنَ كَثِيرࣰا مِّنَ ٱلنَّاسِۖ۞
🥀9⃣9⃣9⃣🥀
Linkiiin Telegraamaa kuni,👇
https://t.me/gorfami999 Jijjiirraa muuxannootiifi beekkumsaa, barnootaa walii raabsuuf kan banameedha!
Kanaafuu share Gochuun Hiriyoota keessaniif qoodaa.
Telegram channel:
Namummaa Qofaan
۞" Dhimmi Munkarri namoonni hedduun keessa bu'uu isaanii argitu sun Nama biraa caalaa lubbuu tee irratti sodaachuu qabda. akka rabbiin irraa nagaya sibaasuu rabbitti waywaatuu sifeesisa. Sababni silaa fitinaan waan munkara sanii guddoo hamtuu ta'uu baattee namoonni hedduun kun ittiin fatanamanii achi keessa hin bu'an. "*ღ
🥀9⃣9⃣9⃣🥀
Linkiiin Telegraamaa kuni,👇
https://t.me/gorfami999 Jijjiirraa muuxannootiifi beekkumsaa, barnootaa walii raabsuuf kan banameedha!
Kanaafuu share Gochuun Hiriyoota keessaniif qoodaa.
Telegram channel:
Namummaa Qofaan
Telegram
Namummaa Qofaan
Channel @gorfami999 🥀9⃣9⃣9⃣🥀
Linkiiin Telegraamaa kuni,👇
https://t.me/gorfami999 Jijjiirraa muuxannootiifi beekkumsaa, barnootaa walii raabsuuf kan banameedha!
Kanaafuu share Gochuun Hiriyoota keessaniif qoodaa.
Telegram channel:
Namummaa Qofaan
Linkiiin Telegraamaa kuni,👇
https://t.me/gorfami999 Jijjiirraa muuxannootiifi beekkumsaa, barnootaa walii raabsuuf kan banameedha!
Kanaafuu share Gochuun Hiriyoota keessaniif qoodaa.
Telegram channel:
Namummaa Qofaan
❤3
Forwarded from Namummaa Qofaan
•Abdii kutattee qalbii hin cabin. Warra obsee eeggate hundaa RABBIIN mataa isaanii ol qabu malee hin dhiifne!
🥀9⃣9⃣9⃣🥀
Linkiiin Telegraamaa kuni,👇
https://t.me/gorfami999 Jijjiirraa muuxannootiifi beekkumsaa, barnootaa walii raabsuuf kan banameedha!
Kanaafuu share Gochuun Hiriyoota keessaniif qoodaa.
Telegram channel:
Namummaa Qofaan
Yaa rabbi🤲

🍁Hiriyaa Gaarii
Hiriyaan Gaariin Jiruu Kee keessatti Waa lama siif oolu.
Tokko Arra Duniyaarratti yoo tahuu Tokko ammo boru aakhiraatti
#Hiriyaan Gaarin
☞Karaa Rabbitti Si Yaaman
☞Yoo badde Si barbaadan
☞Yoo dagatte Siyaadachiisan
Du'aa'i siif godhan.
☞Akka urjiin Bidiruu karaan Harkaa bade Qajeelchituuti Karaa Sitti Agarsiisan
☞Boru Insha'allaah Qabana Arshii jalatti si eegan
Jannata keessaa Yoo si dhaban Akkati isaanitti makamtuuf Rabbiin Siif Kadhatan.
Hiriyaan Gaariin Kana Hunda Siif oola Hiriyaan Badaan Ammoo Faallaa kanaati jechuudha.
👉Gaarii yoo qabaattee atis gaarii Taata Badaa yoo qabaatte atis akka isaa taata.
🌹Akkuma Nabiin S A W Jedhan Gurbaan Karaa Jaallallee Isaarratti.
Rabbiin Gaarii Nu godhee Hiriyaa Gaarii Nuuf haa kennu nuhaa Jaallachiisu.
Forwaard gochuun hiriyoota keetif dabarsi
Chaanaali kanas join gochuun akka irraa fayyadaman affeerii baarakallahu fik
Join 👇👇👇👇👇
https://t.me/gorfami999
https://t.me/gorfami999
https://t.me/gorfami999
✥┈┈┈┈┈••◉ ❖ ◉●••┈┈┈┈┈✥

#kutaa_12ffaa
#Oduu_Ammee
Bu’aan qormaata kutaa 12ffaa wiixata qaammee 4/2016 akka ifoomu ministeerri barnoota beeksiseera.
@dhaamsa_koo

#Dhaamsa
✍️ @dhaamsa_koo
Barataan jaalalaan qabame 80% kan gahu barnoota isaa irratti zeeroo taha. Jaalalti hundi dawaa miti, jaalalli gariin diina galma keetiiti.
Jaalalaan sakaalamtee fuul-duree tee dukkaneeysaa jirta yoo tahe osoo yeroon sitti hin kunne "kuni fala gooytaatii miti, falfala sheeyxaanaati" ja'ii of yaadadhuu dammaqinaan abjuu kee isa ganama manaa baateef irratti xiyyeeyfadhu. Dammaqi mee, sababa ati jaalalan if sakaaluutiin namni si hin geenye hedduun tokko si dura dabraa jiraa🙂↕️
Qeerroon sababa qarreetiin qaroo dhabuun qaroomaa miti !
🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀
@dhaamsa_koo @dhaamsa_koo

Sammuun gaafa waa'ee namoota biroo qofa yaaduu eegalte xiqqaachaa deemti. Sammuun kee kan guddachaa dhufu gaafa waa'ee keetii qofaan biizii (busy) ta'uu eegalteedha.
Waa'ee namaa dhiiftee dhimma kee qofarratti xiyyeeffannaan guddachaa dhufta.

👍5
telebirr SuperApp buufachuun, galmaa'uu fi daldala raawwachuun badhaasa akka argattan isin afeereera. https://superapp.ethiomobilemoney.et:38443/customer/mgm/index0902.html#/?notoolbar=true&CampaignId=MGM1636545295560576&inviterId=1270595514496005&language=om&campaignType=collectPetal&time=Sept-04-2024-Sept-12-2024
There may some useful articles here
Barsiiftuu walaloo takkaan jijjiirama barataa duraan dadhabaa tureetiif sababa taate.
https://ararsogx.blogspot.com/2024/09/barsiiftuu-walaloo-takkaan-jijjiirama.html

Ararso Mohammed
Barsiiftuu walaloo takkaan jijjiirama barata duraan dadhabaa tureetiif sababa taate.
Home of innovative ideas
Dargaggeessa abdii kutannaa hamaa keessa turedha. Du’eera jedhamees mana yaalaatii awwaalchaaf baafamee ture. Har’a garuu kitaabota hedduu barreessuufi hiikuun dhaloota qaraa jira.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/wi9ZGzX

BBC News Afaan Oromoo
Barreessaa kaleessa du'aaf eegamaa ture har'a dhalootatti onnee horaa jiru