Fat-hii Computer Center
177 subscribers
14 photos
17 links
Waan Asirraa Qayyabatte Irraa Gaafiiwwan Madaalliis Siif Kennama.
❤️❤️Join Godhi❤️❤️
👉https://t.me/Diinalislamkoo2026
Download Telegram
Kutaa 14ffaa
Hubannoowwa ijoo barataa teknooloojiitiif barbaachisan keessaa kan

4ffaa
Maal Irraa Of Eeggannoo Gochuu Qabda?

👉Abdii Kutachuu (Burn out): Yeroo tokko tokko koodiin ykn barnoonni sitti ulfaachuu danda'a. "Ani kana hin danda'u" jettee abdii kutachuu irraa of eeggadhu! Guyyaa guyyaan baay'istee osoo hin taane,xiqqoma wahii irraa baradhu!

👉Tutorial Hell: Viidiyoowwan barnoota irratti si gargaaran qofa ilaaltee, naaf galee jira ykn ani beeke jettee of hin gowwomsin!

Hamma harka keetiin hin hojjennetti akka beektee, sammuutti qabattee, bor ittiin milkoofne hubadhu!

👉Health (Fayyaa): Sa'aatii dheeraa kompiitara dura taa'uun ijaa fi dugda miidhuu danda'a. Yeroo yeroon boqochuu fi sochii qaamaa gochuu hin dagatin!

👉Gorsa Dhumaa ani siif qabu keessaa tokko:

"Barataan gaariin ykn cimaan, nama waan gaafatame hundaaf deebii qabu ykn kennu osoo hin taane, nama gaafii sirrii ta'e ykn kan sadarkaa barnoota yeroo irra jiruu san gaafachuu danda'uudha."

Walumaa galatti dhaamsii fi gorsi jalqabaa kaasee hanga Ammaatti waliin ilaalle kanumaan kan goolabamu ta'a.

Yeroo keenya kan barnoota idilee(Basic)
1.setting computer irraa kaasnee,
2.ms-word,
3.ms-Excell,
4.Ms-Powerpoint,
5.ms-publisher, fi
6.ms-Access( database) Afaan English fi Afaan Oromootiin Kaasnee hojiidhaanis video'n deeggaramnee ilaalla inshaa Allaah 🤲

Hangasiifuu fayyaa keessa naaf jiraadhaa! 🤲

👇👇👇👇👇👇
@fathiibaalee1
3🥰2
👉Waan Hanga Ammaatti jalqaba irraa kaasee, ilaallee xumurre,

dimshaasha isaatiin yeroo ibsinu bifa asiin gadii kanaan isiniif qophaahee jira.

1.teknooloojiin meeshaa bashannanaa qofaa miti.kan ittiin jijjiiramaniidha.
👇👇👇👇👇👇
https://t.me/comptexs/12

2.Teknoolojiin Fedhii Barataa, Akkasumas kan hawaasaa hojii isaaniitiin kan Walitti Hidhuu dha.
👇👇👇👇👇👇
https://t.me/comptexs/13

3.Teknooloojiin waan namni jabaan qofti beeku osoo hin taane, waan namni fedhii qabu hundi barachuu danda'uu dha.
👇👇👇👇👇👇
https://t.me/comptexs/14

4.teknooloojiin Seenaa Milkaa'inaa (Success Stories) namatti kan Agarsiisu ykn Himuu dha.
👇👇👇👇👇👇
https://t.me/comptexs/15

Yeroo dubbistanii xumurtan react ykn comment godhaatii nu jajjabeessaa!!

Itti fufa.......
👇👇👇👇👇👇
@fathiibaalee1
2🥰1👏1
Ibsa 2ffaa


5.Teknooloojiin fedhii kee si jalaa hin fudhatu, fedhima kee saniyyuu,dandeettii dachaadhaan siif guddisa.
👇👇👇👇👇👇
https://t.me/comptexs/17

6. Teknooloojiin dhimma Amantii,Aadaa beeksisuu fi cimsuu keessatti gaheen isaa maali?
👇👇👇👇👇👇
https://t.me/comptexs/19

7.maalummaa Kompiitaraa barachuudhaaf eessarraa Eegalan?
👇👇👇👇👇👇
https://t.me/comptexs/24

8.Amaloonni barataa teknooloojii irraa eegaman hoo maal fa'a?
👇👇👇👇👇👇
https://t.me/comptexs/25


Itti fufa......
👇👇👇👇👇👇
@fathiibaalee1

https://t.me/comptexs
2👍1🥰1
Ibsa 3ffaa

9.Saayisii kompiitaraa keessatti dogongoroonni gurguddoo fi xixiqqoon si mudachuu mala, sababa kana ta'eef jecha hifachuu baattee yoo itti jabaattee hojjatte, hinjifataa fi waan barbaadde Argataa taata.
👇👇👇👇👇👇
https://t.me/comptexs/28

10. Koodiiwwan garagaraa barreessuun salphaa ta'us itti deddeebinee yoo hin yaalle, irraanfachuu dandeenya. Akka Akkas hin taaneef, immoo irra deddeebiin hojjachuutu barbaachisa.
👇👇👇👇👇👇
https://t.me/comptexs/29

11.Barnoonni kompiitaraa dubbisuu qofaan osoo hin taane, practisii ykn waan baratan san irra dedeeebiin yaaluudhaan namaaf, gala.
👇👇👇👇👇👇
https://t.me/comptexs/30

12.waan baratan irraayis immoo namatti ykn hiriyoota ufiitti himuun beekkumsa keenya nuuf gabbisaa deema.
👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/comptexs/31


itti fufa.......
👇👇👇👇👇👇
@fathiibaalee1

https://t.me/comptexs
2🥰1
Ibsa 4ffaa

13.yeroo koodiiwwan caragaraa barreessinu 'social media' kanneen Akka Telegraama,Tiktok,facebook fi k.k.fakkaatan cufuu Akka qabnuu fi

tooftaawwan barnoota keenna ittiin saffisiisnuun keessaa,chatGPT Gorsaaf, Youtube tutorialiidhaaf, sirritti fayyadamuu.
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/comptexs/32

14. Yeroo barataa teknooloojii taane, Abdii kutachuun Akka hin barbaachifnee fi sa'aatii dheeraa kompiitara dura taa'uun, ijaa fi dugda keenya Akka miidhu beekuun barbaachisaa Akka ta'e beekuu.
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/comptexs/33


Kana fakkaata waan ta'eef, Barnoota keenya kan guyyaa qabanneetiin Hanga Walitti deebinutti,

Fayyaa fi Nagaha keessa nuuf jiraadhaa!!
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/comptexs/10

👇👇👇👇
@fathiibaalee1
2🥰1👏1
KUTAA 1ffaa:

First and foremost, before understanding the internal workings of a computer, a computer science student must know its physical components, their classifications, and their overall usage. Read and study them as follows!


👉Jalqaba irratti barataan Compiitaraa tokko:- keessa kompiitaraa beekuun duratti, qaamolee isaa,Akkasumas qoqqoodama isaaniitii fi Akkaataa fayyadama isaanii hunda beekuun dirqama.
isaan sanniin haala Asiin gadii kanaan dubbisii,hubadhu!

1️⃣ (HARD WARE)
Hardware refers to the physical parts of a computer that you can see and touch.

👉 ( "Hardware") jechuun:- qaamolee kompiitaraa ijaan arguu fi harkaan qaqqabuu dandeennuu dha.

A.Input Devices:-
Used to put data into the computer.

👉Afaan-Oromoo ("Input Device") jechuun:-
Odeeffannoo gara kompiitaraatti galchuuf kan nu gargaaruudha.

1. Keyboard:⌨️ Used for typing text.

👉Kana jechuun:- isa Roga rektaangulaawaa ta'e qabu, Barreeffama barreessuuf nu tajaajiluu dha.

Itti fufa.....
👇👇👇👇👇👇
@fathiibaalee1
2🥰2
KUTAA 2ffaa
2. : "Mouse" 🖱️means: Primarily, this device consists of 3 main parts:

1.Right Click: This is frequently used to help us select from various options that appear in a menu.

2.Left Click: This is used to select items visible on the screen or to click on something once we have decided what we need. Generally, it functions as an "OK" command. It is also often referred to as the "Primary button."


👉"Mouse" Jechuun: jalqaba irratti inni kun Qaamolee gurguddoo 3 kan qabuu dha.

1.Right Click: inni kun yeroo hedduu filannoowwan hedduu nuuf bahan filannee irratti tuquudhaaf nu gargaara.

2. Left Click: innis immoo Wanta iskiriinii irratti mul'atu filachuuf ykn waan nu barbaachisu erga murteessinee irratti kan dhoofnuudha. Walumaagalatti inni kun Akka "ok" jechuutti nu garagaara.

👉Left click: yeroo baay'ee "Primary button" jedhamuus ni danda'ama ykn "jedhamees waamama"

Hunda isaa Asitti dubbachuuf, iddootu nu daangessa kutaa itti aanuun walitti deebina Inshaa Allaah!!

Itti fufa.....
👇
@fathiibaalee1
3🥰2
Kutaa 2ffaa B

3. Scroll: This helps us navigate through items like documents or long lists of options by moving up and down.


3. scroll: waan Akka barreeffamaa ykn filannoowwan hedduu nuuf dhihaatan irra oliif gadi micciiruudhaan irra gahuuf kan nu gargaaruu dha.

In addition, the different parts of the mouse can be observed. Or

Furthermore, you can look at the mouse classifications.

👉Dabalataan immoo qoqqodama mouse laaluun ni danda'ama.

A.Cable:
The Cable is the physical wire that connects the mouse to the computer's USB port. It acts as a communication bridge, sending electrical signals from the mouse to the computer's processor.

👉Cable (Waliin-qabsiistuu)
Kutaan kun qaama mouse-ii fi ‘system unit’ (ykn laptop) walitti hidhudha.

Cable-n kun ergaa (signal) mouse irraa gara kompiitaraatti dabarsa. Inni malee mouse-ni keenya kompiitara waliin dubbachuu hin danda’u. Yeroo baay’ee karaa foddaa USB jedhamuun kompiitaraatti itti fufama.

Walitti Deebina Inshaa Allaah 🤲

itti fufa.....
👇👇
@fathiibaalee1
3👍1🥰1
Kutaa 2ffaa C

B .Sensor :
The Optical Sensor is located on the underside of the mouse. It uses a light source (usually an LED) and a tiny camera to detect movement relative to the surface.

As you move the mouse, the sensor tracks the changes in the surface texture and translates that motion into the movement of the cursor on the monitor.

👉Sensor Jechuun: inni kun lafa mouse-ni irra jiru hordofuun sochiin akka uumamu godha. Inni yeroo hunda ni ifa (yeroo baay'ee diimaa) ykn kaameraa xiqqoo gadi gubbaatti qaba.

👉Yeroo ati hantuuticha sochooftu, inni fakkii lafichaa saffisaan kaasaa jijjiirama jiru kompiitaraaf gabaasa. Kunis monitor irratti akka 'Cursor'-ri (mallattoon hantuutaa) akka socho'u godha.

Kutaa itti aanuun walitti deebina Inshaa Allaah 🤲

Itti fufa......
👇👇👇👇👇
@fathiibaalee1
2🥰1
Kutaa 2ffaa D

C.The Casing: (or Body) is the outer plastic shell designed to fit the human hand comfortably. It protects the internal electronic components and provides the structure for the user to hold and move.

👉The Casing:(Qola ykn Qaama Alaa)
Qaamni kun kutaalee keessoo hunda walitti qabee kan qabuduudha.

Casing-ni kun qaama alaa harka keenyaan qabannudha. Inni meeshaalee keessoo akka hin miidhamne eeguu fi akka harki keenya itti toluun (ergonomics) kan bocameedha.

Kutaa itti Aanu keessatti immoo waa'ee Keybourdii ballinaan waliin ilaalla.

Itti fufa...

👇👇👇👇👇👇
@fathiibaalee1
1🥰1
Kutaa 3ffaa

Before we dive into the details of the keyboard, let’s explore its classifications, benefits, and drawbacks in depth.

👉Jalqaba irratti waa'ee Keyboardiitti osoo itti hin seenin dura qoqqoodama isaa, Bu'aa Akkasumas Miidhaa isaas bal'innaan waliin ilaalla.

1ffaa
Gaming Keyboard
Description:

Designed specifically for gamers with high durability, fast response times, and customizable RGB lighting.

👉Taphoota kompiitaraa (games) taphachuuf kan qophaa'e yoo ta'u, dandeettii saffisaa fi ifa adda addaa (RGB) qaba.

Fast response and "Anti-ghosting" (press many keys at once). Can be very expensive.
Durable and customizable macros. Often bulky and noisy.

👉Saffisa qaba; baay'ee tura. Gatiin isaa qaalii dha; sagalee guddaa qaba.

Kutaa itti aanuun walitti deebina Inshaa Allaah 🤲

Itti fufa...
👇👇👇👇👇👇
@fathiibaalee1
1🥰1
Kutaa 4ffaa

Primarily, mechanical keyboards are categorized into two distinct styles: Minimalist Mechanical Keyboards and Retro Mechanical Keyboards. Detailed explanations for each of these categories can be found in the sections below.

👉Jalqaba irratti Mechanical keyboard'n iddoo lamatti qoodama innis Minimalist Mechanical Keyboard fi Retro Mechanical keyboarditti qoodama tokkoon tokkoon isaaniitiifuu ibsa asiin gadii kanarraa hubachuun ni danda'ama.

1. Minimalist Mechanical Keyboards

Minimalist keyboards focus on a clean, modern, and simple look. They often have slim frames, neutral colors (like black, white, or grey), and avoid extra buttons or flashy decorations.

👉Keybourdiin Minimalist jedhamu kun bifa qulqulluu, ammayyaa fi salphaa ta'e irratti xiyyeeffata. Yeroo baay'ee qaama haphii, halluu bifa tokkoo kan akka gurraacha, adii ykn diimaa fi dizaayinii dabalataa ija harkisu irraa walaba kan ta'an ykn kan hin qabneedha.

walitti deebina Inshaa Allaah 🤲

Itti fufa....
👇👇👇👇👇👇
@fathiibaalee1
2👍2🔥1🥰1
Kutaa 5ffaa

2. Retro Mechanical Keyboards:

Retro mechanical keyboards are designed to mimic the appearance of vintage typewriters or early computer keyboards from the 1980s.

They often feature rounded keycaps, "clackier" sounds, and a chunky, heavy frame.

👉Retro Mechanical Keyboard:
Kan jedhamu bifa meeshaalee barreeffamaa durii (typewriters) ykn Keyboardii kompiitaraa waggoota 1980oota keessa turan fakkeessanii kan hojjetamaniidha.

Yeroo baay'ee furtuulee moloqoo (rounded), sagalee guddaa, fi bifa furdaa fi ulfaataa qaba.

These keyboards appeal to users who enjoy nostalgia and a "classic" aesthetic while still wanting modern mechanical technology underneath.

👉Keyboardiin kun namoota waan durii yaadachuu jaallatanii fi bifa "Kilaasikaa" ta'e barbaadaniif kan hojjetameedha; garuu keessi isaa teknooloojii makaanikaala ammayyaatiin kan guutameedha.

Kutaa itti aanuun walitti deebina Inshaa Allaah 🤲

Itti fufa...
👇👇👇👇👇👇
@fathiibaalee1
4👍1🥰1👏1
As wr wb Akkam Nagaa keessanii Maatiin Hunduu!

Addaan turiinsa yeroo dheeraan Booda Walitti deebinee jirra.

Bakkatti Hafaan Uumaa Ummamtootaa Qofa, Umamtoonni ni jijjiiramu.

Maalumaafuu Baga Nagahaan Naaf jiraattanii Yeroo Kana Eegdan
💯🎉🎊❤️

@fathiibaalee1
3👏2