Akkamitti password kompitera osoo password sana hin bekne/kan user tokko jijjiruu dandeenya
Step kana deemun👇👇👇
1.my computer / this pic kan jedhuu irratti right click cuqasa
2.manage kan jedhu irratti cuqasa
3.local user Fi group kan jedhuu irratti cuqasa
4.maqaa fayyadama password isaa jijjiruu barbaddu sana irratti yeroo lama /double click cuqaasa
5.maqaa fayyadama gaalchitu/input user name
6.set password kan jedhuu irratti cuqaasa
7.proceed kan jedhuu irratti tuqxa
8.password haara gaalchitu
9.ni mirkanessita/confirm
10.OK tuqi
11.ammas OK tuqi
13.wanta dalaguu barbaddu daalagu dandessa
👍👍Carra gaari
@samitecno

📱appilikeshinota babbaredo programming isiin barsiisu danda'aan
👇👇👇👇👇👇👇👇
▶️ Solo Learn :
: https://apk4all.com/android/apps/sololearn-learn-to-code-pro/
▶️ Mimo
: https://apk4all.com/android/apps/mimo-learn-to-code-premium/
▶️ Programming Hub
: https://dlandroid.com/programming-hub-learn-to-code-apk/
▶️ Decoder : https://dlandroid.com/dcoder-mobile-compiler-ide-apk/
▶️ Enki :
https://m.hiapphere.com/apk-com.enki.insights
▶️ Khan Academy : On Playstore & App Store
👉➖@samitecno
👉 @samitecno

Apk4all | Download MOD APK & Games 2022
SoloLearn Mod APK Learn to Code v4.26.0 (Premium)
Donwload SoloLearn Mod APK Learn to Code v4.26.0 (Premium) for Free! Apk4all.io
app 10 karaale nama ittin hordofuu dandeenyu
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Kannen seenun fayyadamuu dandessuu
1. Cerberus
2. FlexiSPY
3. Google Family Link
4. Find My Device by Google
5. Kiddie Parental Control
6. Prey Anti Theft
7. Spyera
8. Carrier family locator apps
9. OEM Find My Phone apps
10. XNSPY
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Kannen seenun fayyadamuu dandessuu
1. Cerberus
2. FlexiSPY
3. Google Family Link
4. Find My Device by Google
5. Kiddie Parental Control
6. Prey Anti Theft
7. Spyera
8. Carrier family locator apps
9. OEM Find My Phone apps
10. XNSPY
Forwarded from Oromia Education Bureau (Přøûď Ñãťīôñâľīťý💃)
@Oromiya_education_biro
Manneen barnootaa marsaa sadiin akka banaman murtaa'e.
1⃣ Manneen barnoota baadiyyaa fi magaalota aanaa keessa jiran onkololeessa 9 bara 2013 irraa kaasee barnoota ni eegalu.
2⃣ Manneen barnoota magaalota godinaa keessa jiran onkololeessa 16 bara 2013 irraa kaasee barnoota ni eegalu.
3⃣ Manneen barnootaa finfinnee fi naannaawa finfinnee keessatti argaman onkololeessa 30 bara 2013 irraa kaasee gara barnootaatti akka galan murtaa'ee jira.
❤Qormaanni kutaa 12ffaa seensa yuunivarsiitii Sadaasa 28 hanga Muddee 1 bara 2013tti akka kennamu murtaa'ee jira.
❤Qormaanni kutaa 8ffaa immoo Sadaasa 22 fi 23 bara 2013 akka kennamuuf murtaa'ee jira.
#MinisteeraaBarnoota

Forwarded from Deleted Account
👉Waa'ee maali barbadduu kunooti 👇👇👇👇👇👇👇👏
Forwarded from Brand shoes and apparel Promotion Channel (Getbot)
Channel miseensota 4K qabu namni bituu barbaadu karaa @getu4j argachuu ni danda'a!
*እንኳን አደረሳቹ!
🌻🌻🌻 🌻🌻 🌼 🌻🌻🌻
🌻 🌻 🌻 🌼 🌻
🌻🌻🌻 🌻 🌻 🌼 🌻🌻🌻
🌻 🌻 🌻 🌼 🌻
🌻🌻🌻 🌼 🌻🌻🌻
HAPPY NEW YEAR
🌻🌻🌻 🌻🌻 🌼 🌻🌻🌻
🌻 🌻 🌻 🌼 🌻
🌻🌻🌻 🌻 🌻 🌼 🌻🌻🌻
🌻 🌻 🌻 🌼 🌻
🌻🌻🌻 🌼 🌻🌻🌻
HAPPY NEW YEAR
Forwarded from Odaa Electronics
Gaazixeessituu obn mooneet beeksisaa fi taatoo jimaa Galataa Abdiin prank godhe. Video kanarraa ilaalaa ittiin bohaaraa.
👉https://youtu.be/RVeglrG3BtE
https://youtu.be/RVeglrG3BtE

Forwarded from ቲና አረቢያን መጅሊስ
"Ani beki malee hiriyaa hin qabu" prank ajaayibaa Gaazixeessituu obn mooneet beeksisaa fi taatoo jimaa Galataa woliin Abdiin godhe. Video kanarraa ilaalaa ittiin bohaaraa.
👉https://youtu.be/RVeglrG3BtE
https://youtu.be/RVeglrG3BtE
👉https://youtu.be/RVeglrG3BtE
https://youtu.be/RVeglrG3BtE