COD-ET®
20.3K subscribers
612 photos
31 videos
122 files
531 links
#COD-ET 🇪🇹

💻 Code • Learn • Build
🚀 Ethiopia’s growing developer community

🎯 Tech tips | 💡 Learning | 🌐 Web & Apps | 🎨 Design | 💼 Online opportunities

We build. We learn. We grow. Together.

Smart Code. Smart Security. Ethiopian Soul
Download Telegram
...happy mother's day...
AndroRat.zip
39.2 MB
Androrat

🍡የዩቲዩብ ቻነሌን እግረመንገዳችሁን ሰብስክራይብ አድርጉ 👇

https://www.youtube.com/channel/UC4wKYtlpQsrE-IgeRgSWl2Q
T.me/winaedit2
ለመላው የእሥልምና እምነት ተከታዮች በሙሉ እንኳን ለ 1ሺ 442ኛው የኢድ አልፈጥር በአል በሠላም አደረሣችሁ #Eid_Mubarak

JOIN US MORE
@samitecno @samitecno @samitecno
#F_Lite! Balleessanii jiru. Maarree apk VPN fi Psiphone buufachuun F Lite fayyadamuu dandeessu!

#####Join us #####
@samitecno
@samitecno
Forwarded from OROMIA (KEDIR YASIN (walloo))
com.jrzheng.supervpnfree.apk
10.5 MB
🌐SuperVPN Free VPN Client by SuperSoftTech

Version: 2.6.7(97)
✅️Updated: May 31, 2020
Size: 10.53MB
Android version: 4.4

Yaada kessan #Kedir_Yasin
Channel kenya 🍂 #Kush_tube
👍1
Forwarded from መርጌታ የወሴፍ የበሀል መዳኒት ቀማሜ (Getu Abera✟)
EMAIL AKKAMITTI BANAMAA?
▬▬▬▬
▬▬▬▬▬
➛ Email warri hin qabne salphaadhumatti bilbila keessan yookiin komputera keessan fayyadamuun akkamitti akka banuu dandeessan baruuf duraa duuba armaan gadii hordofaa!!!

→→→→↓↓↓↓↓

➊. Google irratti gmail jedhaa barreessaa... search godhaa!

➋. Sana booda erga search (mallattoo barbaadduu erga tuqxanii booddee) filannoo baay'ee isiniif fida... Isaan keessaa (Gmail sign in) kan jedhu xuqaa!

➌. Sana booda (Create account) kan jedhu tuqaa! Yeroo kana xuqxan filannoowwan armaan gadii lama isiniif fida.
➛ For my self fi
➛ To manage my business
Isaan kana keessaa isa Jalqabaa (For my self) kan jedhu xuqaa!

➍. Sana booda enter your name kan jedhutu isiniif dhufa. Inni kunis qabiyye lama qabda
➛ First name iddoo jedhutti maqaa keessan,
➛ Last name iddoo jedhutti maqaa abbaa keessanii barreessaa...
Sana booda NEXT ishee jettu tuqaa.

➎. Next erga jettanii booddee hima Enter your birth day & Gender jedhu aragattu. Kunis qabiyyee lama qaba.
➛ enter your birthday (guyyaa dhaloota keessan) iddoo jedhurratti... Ji'asaa, guyyasaa fi bara isaa guutaa!

➛ Gender Iddoo jedhurratti immoo saala keessan guutaa! Isa kana guutudhaaf mallattoon xiyyaa fakkaattu tokko box sana cinaa gadi garagaltee jirti. Ishee gadi yoo qabdan inniyyuu isin filachiisa. Yoo dhiira ta'e (Male ) isa jedhu yoo Durba taatemmoo (Female) isa jedhu filattu!

Sana booda NEXT ishee jettu xuqaa!!

➏. Erga next jettanii booda hima (Creat your own gmail address) jedhutu isiniif dhufa. Isa kana gadi tuqaa! Sana booda maqaa email keessanii kana booda itti fayyadamuu barbaaddan itti galchaa!
Fakkenyaaf... Maqaan kee Jabeessaa yoo ta'e,

Jabeessaa@gmail.com jettee barreessuu dandeessa.

Sana booda NEXT ishee jettu xuqaa!

➐. Erga next jettanii booddee
➛ Password isa jedhu irratti password salphaatti yaadachuu dandeessan garuu kan namni biraa qabachuu hin dandeenye galchaa! Password Lakkoofsotaa fi qubee keessaa makaa... Character 8 utuu gootani filatamaadha.

➛ Confirm iddoo jedhurratti isuma password keessatti guuttan irra deebi'aa guutaa!

Sana booda Next jedhaa!

➑. Sana booda barreeffama dheeraa tokko argattu. Barreffamicha asi gadi scroll yeroo gootan (gadii ooftan) jecha ( I agree) kan jedhu argattu. Isa gadi tuqaa!

Sana booda email keessan fayyadamuu dandeessu jechuudha.
👏👏👏👏

FAAYIDAALEE EMAIL QABAACHUU

➛ Storage isaa 25GB dha. (iddoo kuusaa) guddaa qaba. Kana jechuun storage bilbilli keenya qabuu ol qabaachuu danda'a jechuudha. Kanaaf yoo bilbilli keenya storage isaa guute gara sanatti send gochuu dandeenya.

➛ Lafa internet jiru hundumaatti salphaatti hojjeta.

➛ Yeroo baay'ee akka tasaa bilbilli keenya yookiin computer keenya nu jalaa hatamuu yookiin format ta'uu danda'a.

Wanti kun nu qaqqabuu isaatin dura data achirraa qabnu gara email keenyatti erguu dandeenya. Yeroo barbaanne email kenya irraa buufachuu dandeenya. Bilbila namootaa bilbila keenya irraa qabnus gara sanatti erguu dandeenya. Keessattuu warra research hojettaniif sirritti barbaachisaa dha.

➛ Data barbaanne waliif erguudhaaf ni fayyada. Data storage isaanii gurguddaa ta'an kan telegram imo fi kan kana fakkaataniin erguu hin dandeenye karaa email namaaf erguu dandeenya. Fakkeenyaaf video GB guddaa ta'e erguuf...

➛ YouTube SUBSCRIBE godhachuudhaaf dirqama email qabaachuu barbaachisa. YouTube channel barbaaddan subscribe, comment fi share gochuudhaaf email qabaachuu qabdu. Kanaaf wanta akka salphaatti banamuu danda'u kanaaf jecha odeeffannoo irraa fagaachuu hin qabdan.

YouTube channel koos SUBSCRIBE gochuudhaan ergaalee fi barnoota isiniif darbu salphumatti argachuuf isin gargaara.

Hub:
lakkofsa bilbilaa tokkoon email baay'ee banachuu ni dandeessu.

➛ Duraa duuba kana hordofuudhan amma banadhaa!!!

➦ Gaaffii dhimma moobaayilaa fi komputaraa irratti yoo qabaattan @getpostbot nu gaafachuu dandeessu!

Share gochuu hin dagatinaa! Waan beeknuun wal haa barsiifnu!

@getpostbot

Computer Solution
💻 @Computers_soln
💻 @Computers_soln
Forwarded from Hashtag ORO TECH
#Cufamuu facebook, whatsappii fi instagram

Caamsaa 08/2013 ALH ykn Caamsaa 17/2021 galgala eegale Itoophiyaa keessatti tajaajila Fesbuukii, Instaagraamii fi Waatsaappi akka dhaabate hubatameera. Garuu mosaajii 'VPN' fayyadamuun hojjechaa jiru.

Dhaabbatni bilisummaa itti fayyadama Intarneetii hordofu 'Netblocks' Itoophiyaa keessatti Fesbuukii, Instaagiraama fi Waatsaappi akka hin hojjenne dhorkamu isaani (restricted) beeksiseera. Sababni isaas dhimma Lola Tigraay fi dheereeffamu guyyaa filannoo ilaalchisee qeeqa hawaasni idil addunyaa mootummaa Itoophiyaarra geessisaa jiruun akka walqabatuu malu ibseera.

"Confirmed: Network data show Facebook, WhatsApp and Instagram restricted in Ethiopia; incident comes amid renewed international condemnation over Tigray conflict and the postponement of elections."

Haata'u malee hanga ammaatti gama mootummaa Itoophiyaarraa waan ibsame hin jiru.

@AfricanSoftwareDevelopers
🚫 𝙸𝙵 𝚈𝙾𝚄𝚁 𝙰𝚂𝚂 𝙸𝚂 𝙶𝙾𝙸𝙽𝙶 𝚃𝙾 𝙻𝙴𝙰𝚅𝙴 𝙳𝙾𝙽'𝚃 𝙹𝙾𝙸𝙽​😏
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
How Is A Scareware Used

Typically through pop-up ads from rogue security providers that may sound legitimate but are fake. For example, rogue scareware or fake software names to watch out for include Advanced Cleaner, System Defender, and Ultimate Cleaner.

Scareware ads, which pop up in front of open applications and browsers, aim to scare computer users into thinking they have a major problem with their device. The hacker uses pop-up warnings to tell them their computer has been infected with dangerous viruses that could cause it to malfunction or crash. Some scareware ads also purport to be scanning the user’s device, then showing them hundreds of viruses that are supposedly present but are actually fake results. Typically, the more menacing or shocking an ad pop-up sounds, the more likely the claims being made are scareware.

Another key feature of scareware is urgency. Hackers attempt to convince users that the supposed device problem requires immediate action and then prompt them to install the program as quickly as possible. Therefore, always be careful with any ad that demands the user to act immediately. It is most likely scareware.

@hackinginstyle x @samitecno
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Sm js
Waa'eekeen haasa'a
Iddoo hundumaatti
Dhugaa jaalala keen
Odeessa namatti

Isa ati anaaf jecha
Maatii keen jibbamte
Beellama koo dhufuuf
Obbolaan dhorkamte

Jaalala kee addaa
Isa ati naaf qabdu
Isan raajeffadhee
Afaan koo qabadhu

Anatti agarsiisaa
Jaalala isa guddaa
Kumaatama caalta
Kan hin qabne mudaa.

@samitecno

Join for other love poem
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
〇Warren channel kun isinitti tolee "like" gochuun nu jabessaa 👍

Kannen Yaada Fi gaaffi qabdanis nuuf barressa @samilearn

❤️Gudda akka isiin jaallanummo hin dagaatina👏
#Wifi_password #wifi
✴️ How to Hack a Password of Connected Wifi in Cmd || ϴɴʟɪɴᴇ HᴀᴄᏦɪɴɢ ✴️

1, 👉first of all go to go to start and open cmd(command prompt) as an administrator

2, 👉them type
"Netsh wlan show profile" and hit enter

3, 👉and then type again
"netsh wlan export profile=c:\key=clear" and hit enter again

4, 👉finally the all information of the wifi that ur connected is saved as a .txt file in c:\ directory

5, 👉go to c:\ directory and choose the .txt document in export profile folder

6, 👉that's all and simple u can also see the saved password

Don't forgot share

□■□■□■□■□■□ Social Media □■□■□■□■□■□

Our Group :- @free_ict_group


@samitecno
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Sami①
①Torbaan kana kessaatti apk kam waliin wal baruu barbaaddu barbaaddu
filanno.kessaanin isinif dhiyessina
Anonymous Quiz
42%
root apk
12%
Video maker apk
10%
termux apk
3%
social media apk
33%
Wifi password apk
Nagaraa Araarsa 0912329300
music by Eyasu Chelkeba
🔱Old amazing gospel song🔱
=========================
Name | nagera arersa
Phone no| 0912329300
Size | 4.4MB
Duration| 4:44
Quality | 128/kbps
Song | " gararsa tokkoyyu.hin argaattu hin jiruu...
Year / April 29/2008 E.C

🔱farfannna

#SHARE | @samitecno
#COMMENT | @samilearn
#ADMIN | @samilearn

❤️EEBBIFAMAA❤️