COD-ET®
20.3K subscribers
612 photos
31 videos
122 files
531 links
#COD-ET 🇪🇹

💻 Code • Learn • Build
🚀 Ethiopia’s growing developer community

🎯 Tech tips | 💡 Learning | 🌐 Web & Apps | 🎨 Design | 💼 Online opportunities

We build. We learn. We grow. Together.

Smart Code. Smart Security. Ethiopian Soul
Download Telegram
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
◯Android Data Recovery Software


1. Tenorshare UltData.
2. dr.fone.
3. iMyFone.
4. EaseUS.
5. PhoneRescue.
6. FonePaw.
7. Disk Drill.
8. AirMore.

@samitecno
@samitecno
👍1
Forwarded from Sm js
Qabxiin seensa yuunivarsiitii olaanaan kan bara kanaa 669 ta'uun galmaa'ee jira.

Barattoonni 702 qabxii 600 olii yommuu galmeesisan. Barattoonni parsantiin 55.7 qabxii 350 olii galmeesisuu ministeerri barnootaa beeksisee jira.

Bu’aan qormaata kutaa 12ffaa guyyaa boru ykn har’aa ni ifooma jedhamee eegama.

Barattoonni har’a yookaan guyyaa boruu irraa eegalanii bu’aa qormaata isaanii karaa ergaa gabaabaa 8181 beekuu kan danda’an ta’uu ibsaniiru.

@samitecno
@samitecno
Barattoota kutaa 12 qofaaf Warreen qabxi seensa hin ilaallanne bot kana fayyadamudhan ilaaladha


Bot isaa sirriidha

Barattoota kutaa 12 qofaaf Warreen qabxi seensa hin ilaallanne bot kana fayyadamudhan ilaaladha


Bot isaa sirridha

@ETGrade12bot


@samitecno
✳️ የቴክኖሎጂ እውነታዎች

◽️ ዛሬ ከ3.8 ቢሊዮን በላይ ሰዎች Internet ይጠቀማሉ ይህም ከዓለም ህዝብ 40 በመቶው ነው።

◽️ በየ57 ደቂቃው ከ570 በላይ አዳዲስ Websites ይፈጠራሉ።

◽️ በየቀኑ ከ3.5 ቢሊዮን በላይ Google Search ይደረጋል።

◽️ በ2020 ቪዲዮ ከሁሉም ከInternet ትራፊክ 80% ያህሉን ይይዛል።

◽️ 40,000 የTweeter ትዊቶች በደቂቃ ይላካሉ በቀን 500 ሚሊዮን ትዊቶች ማለት ነው።

◽️ በAmerica ከሚደረጉ ከ7 ፍቺዎች መካከል ለአንዱ ፌስቡክ ተጠያቂ ነው።

◽️ በ2020 ከ8.2 ቢሊዮን በላይ መረጃዎች ተሰርቀዋል ወይም Hack ተደርገዋል።

◽️ የመጀመሪያው ኮምፒዩተር ወደ 2.5 ሜትር የሚጠጋ ቁመት ያለው ሲሆን ክብደቱ ወደ 30,000 ኪ.ግ. ይመዝናል።

◽️ NASA ውስጥ የInternet ፍጥነት በሰከንድ 90GB ነው።

◽️ በዓለም ትልቁ ሃርድ ድራይቭ 60TB SSD ነው።

◽️ Bluetooth ኖርዌይን እና ዴንማርክን አንድ ባደረገው ሃራልድ ብሉቱዝ በተባለ ንጉስ ተሰየመ ነው።

◽️ የጉግል መሥራቾች እ.ኤ.አ. በ1999 ጉግል ን በ1 ሚሊዮን ዶላር ለመሸጥ ፈቃደኞች ቢሆኑም Excite ግን አልተቀበላቸውም። ጉግል አሁን 527 ቢሊዮን ዶላር ዋጋ አለው።
#Termux

Warren termux fayyadamtan kinooti wantoota achi kessatti install gootan qabanne isiniif dhiyannerra


TERMUX BASIC PACKAGES BY*_ @samitecno
-------------------------------------------------
pkg update -y

pkg upgrade -y

pkg install python -y

pkg install python2 -y

pkg install python2-dev -y

pkg install python3 -y

pkg install java -y

pkg install fish -y

pkg install ruby -y

pkg install help -y

pkg install git -y

pkg install host -y

pkg install php -y

pkg install perl -y

pkg install nmap -y

pkg install bash -y

pkg install clang -y

pkg install nano -y

pkg install w3m -y

pkg install havij -y

pkg install hydra -y

pkg install figlet -y

pkg install cowsay -y

pkg install curl -y

pkg install tar -y

pkg install zip -y

pkg install unzip -y

pkg install tor -y

pkg install google -y

pkg install sudo -y

pkg install wget -y

pkg install wireshark -y

pkg install wgetrc -y

pkg install wcalc -y

pkg install bmon -y

pkg install vpn -y

pkg install unrar -y

pkg install toilet -y

pkg install proot -y

pkg install net-tools -y

pkg install golang -y

pkg install chroot -y

termux-chroot -y

pkg install macchanger -y

pkg install openssl -y

pkg install cmatrix -y

pkg install openssh -y

pkg install wireshark -y

termux-setup-storage -y

pkg install macchanger -y

apt update && apt upgrade -y


Channel :- @samitecno
Group :- @free_ict_group
COD-ET® pinned «#Termux Warren termux fayyadamtan kinooti wantoota achi kessatti install gootan qabanne isiniif dhiyannerra TERMUX BASIC PACKAGES BY*_ @samitecno ------------------------------------------------- pkg update -y pkg upgrade -y pkg install python …»
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#Master code

Master code jechuun koodii ykn paaswoordii riisiivarii keenya ittiin hiine yoo daganne password ittiin deebinee banachuu dandeenyuudha ykn immoo hogeessotiin garaa garaa yoo koodii riisiivarii keenyaa nu jalaatii geeddaranii nuyi immoo yoo banuudhaa dadhabne koodiin ittiin banachuu dandeenyu master code jedhama

Walumaa galatti master code jechuun paaswoordii riisiivarii Kan homtinuu nu jalaa jijjiiruu hin dandeenyeedha.master code riisiivaroota muraasaa asii gaditti isiniifan dhooba yoo password riisiivarii keessanii hin beektan tahe koodii kana fayyadamuun banachuu dandeessu galatoomaa

😍Riisiivariin keessan leg warreen ta'e koodii kanaan 👇👇👇👇

*1512
*1506
*9878

😳Riisiivariin keessan Lifestar warreen ta'e koodiiwwan kana keessaa tokkoon isiniif ni bana
👇👇👇👇👇👇👇
#6666
#9876
#3503
#8888

😜Riisiivariin keessan gosa
Supermax yoo tahe immoo koodii kanaan 👇👇👇👇👇
*9876
*6000
*8888
*3606
*2046
*3327
*3328
*3329

😂Riisiivariin keessan Eurostar warreen ta'e immoo 👇👇👇👇
#1004
#3472
#7432
#9876

😁 riisiivariin keessan superstar ykn vanstar yoo ta'e koodii kanaan 👇👇
$9878

😍Riisiivariinkeessan Ibox 3030 yoo taye immoo koodii kanaan 👇👇👇👇
$9876

Walumaa galatti koodiiwwan armaan olitti isiniif eere riisiivaroota hedduudhaaf wanna ta'aniif maqaan riisiivarii keessanii yoo eeramuu baateyyuu ittiin yaalaa isiniif ni dalaga.


Post kana immoo share forward gochuu hin dagatiinaa chaanaalii kiyya kana immoo share gochuudhaan na deeggaraa
Nagaatti naaf turaa!


Credit:gudar dish info


@samitecno
@samitecno
1
👍qoosadhaf
#SHE

Ministeerri Saayinsii fi Barnoota Olaanoo ibsa har'a ganama laateen qabxii darbiinsa ykn seensa Yunivarsiitii ifoomseera.

Haaluma kanaan:

Saayinsii Uumamaa (Natural Science)
- Dhiiraaf - 380
- Dubartiif - 368

Saayinsii Hawaasaa (Social Science)
- Dhiiraaf - 370
- Dubartiif - 358
@samitecno
Barattoota kutaa 12ffaa qormaata seensa dhaabbilee barnootaa olaanoo fuudhatanii Yuunivarsiitii Saayinsiifi Teeknoolojii Adaamaa fi Yuunivarsiitii Saayinsiifi Teeknoolojii Finfinnee dorgomanii galuu barbaadanif galmeen eegaluu ibsameera.

Ulaagalee galmee:-

Naannoolee ( Affaar, Sumaalee, Beenishaangul Gumuz, Gambeellaa)

Injinariingi : Dhiiraaf qabxii 415 fi isaa ol, Dubaraaf qabxii 410 fi isaa ol yoo ta'u,

Appilayiid Saayinsii: Dhiiraaf qabxii 400 fi isaa ol, Dubaraaf qabxii 395 fi isaa ol.

Naannoolee birootti:

Injinariingif : Dhiiraaf qabxii 420 fi isaa ol, Dubaraaf qabxii 415 fi isaa ol yoo ta'u,

Appilayiid Saayinsiif : Dhiiraaf qabxii 405 fi isaa ol, Dubaraaf qabxii 400 fi isaa ol ta'uu ibsameera.

Guyyaan galmee Bitooteessa 26 hanga Ebla 2 2013tti yoo ta'u qorumsii Ebla 8/2013 ni keennama.

Barattootni ulaagalee barbaachisuu guutaan iddoo jiraanitti karaa online marsaritii http://www.astu.edu.et fi
http://www.aastu.edu.et/ irratti galmaa'uu akka danda'an ibsameera.

@GadaaMagazine
@GadaaMagazine
♨️ How to change adminstration password in Windows 10 without knowing the current password🤔
~ @samitecno

Step 1: Open a desktop or mobile browser and visit live.com password reset page from here (https://account.live.com/password/reset).

Step 2: Enter the email address registered with that Microsoft account.

Step 3: After that, you need to enter recovery email address or phone number to get the confirmation code. Provide the same and then click on the Nextbutton.

Step 4: Now, get the source that you provided in the above step and note down the code send by Microsoft.

Step 5: Move to the recovery page of Microsoft and then enter the security code, and further click on the Verify button.

Step 6: If the verification is successful, then you can set a new password for future login.

Share and Support Us
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
How To Download Paid Android Apps & Games For Free?
━━━━━━━━━━━━
➨ Below we have stated three methods to download paid apps for free on your Android device. All the processes are very manageable and easy to implement and are 100% working.

#1. Using Blackmart apk
Step 1: download & install blackmart alpha app on your Android phone.

Step 2: Search any paid apps in
blackmart & note that check the version, size is the same as what you need to download.

Step 3: Finally download that particular application through blackmart.

#2. From Other Free Website
Step 1: Firstly go to 4shared.com or mediafire.com on your pc or you can also
download and use those websites on your phone for free

Step 2: Search the exact name of a particular application on those site which you want to download in the format of
"appname.apk" don't forget to write .apk

Step 3: Finally directly download the apps from the site on your pc and transfer to
your mobile phone.

#3. Alternative of Google play store that provides free app
1mobile market apk
⁃ It has more than 1,600,000 free apps

9apps apk
⁃ It has more than 26 million apps almost all are free

Amazon app store.
⁃ By the means of popularity it becomes second next to Google play store.

We uploaded blackmart and 4shared apk on our channel.

credit from computer solution


💻 @samitecno
💻 @samitecno
🔰Network Protocol Terminologies Part 1🔰

🌀LAN: LAN stands for “Local Area Network” and refers to a network that is not publicly accessible by the internet. Examples of this are home or office network.

🌀WAN: WAN stands for “Wide Area Network” and generally refers to large dispersed networks and, more broadly, the internet.

🌀ISP: ISP stands for “Internet Service Provider” and refers to the company responsible for providing you access to the internet.

🌀NAT: Network Address Translation allows requests from outside your local network to be mapped to devices within your local network.

🌀Firewall: A firewall is a piece of hardware or software that enforces what type of network traffic is and is not allowed. This is generally done by establishing rules for which ports should be externally accessible.

Share And Support Us ♥️

@samitecno
@samitecno

@free_ICT_group