Forwarded from Odaa Electronics
Miimooriinkoo guute jechuun hafeera. 100GB tolaan moobayilii keessan irratti wanti isin argamsiisu dhufeera.
Wow app ajaayibaadha nii jaallattu video kanarraa ilaalaa.
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
https://youtu.be/6IQpoHkuezI

Sami tech
Facebook yoo baayyistuu fi Abbaa kee
Abbaa: Adaraa ilmako akkaataan itti facebook gargaaramtu kun gaarii miti yoo sitti hafehoo...?
Ilma: Abbaa ko comment kee fudhadheera. Garuu yoo mara online ta'uun maal rakkoo qaba.
Abbaa: Rakkoo qaba malee, Yeroo dheeraa facebook gubbaatti dabarsuu keerraan kan ka'e Aadaa dagattee jirta beeki..
Ilma: Hin dogoggorin abba an aadaa sirriittin beeka.
Abbaa: Mee erguma beeka jettee duraa duuba ittiin hoolaan qalamu natti himuu ni dandeessaa?
Ilma: Abba kun cimeetiiree..? Jalqabarra gabaa deemtee search goota..
Abbaa: Ni barbaadda jechuu keetii?
Ilma: Eeyyee abba.
Abbaa: Tole achiihoo..
Ilma: achiin booda mana fiddee lafarratti download goota.
Achiin boodas morma isaa cut gootee, gogaa isaa irraa remove goota..
Achiin booda garaasaa open gochuun applicationoota achi keessa jiran hunda gadi baasta.
Abbaa: ohoo.. kee raajuma itti aanseehoo..
Ilma: Itti aanseemmoo application baasne sana Foldera keessa keenya
Abbaa: Gabataa gubbaa goona jechuu keetii.. achiihoo
Ilma: Achiimmoo gosa foonii like goone filannee garaa keenyatti possatuudhaka abba..
.
.
.
.
.
.
.Abbaa: Waan tokko dagatte ilmako.. warri ollaa keenyaa share akka godhanitti invite gochuu qabna๐๐
......
Maal eegduree?
Share
Invite
๐๐๐๐๐๐๐
@samitecno

#Basic_computer_Questions
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
1. The length of IP address is? Ans. 32 bits
2. Facebook was launched in? Ans. 2004
3. The docx file contains? Ans: MS Office Word
4. The file extension DLL stands for? Ans. Dynamic Link Library
5. The extension of a MS Access Database is? Ans. mdb.
6. The key combination used to permanently delete a file from Windows computer? Ans. Shift + delete
7. Shortcut Key to open a new document is? Ans. Ctrl + N
8. Data is permanently stored in? Ans. Hard Disk
9. What are the steps to upgrade a 32-bit version to a 64-bit version of Windows? Ans. It cannot be upgraded
10. To change a lowercase letter to uppercase and uppercase letter to lowercase select? Ans. Sentence Case
11. CSS stands for: Ans. Cascading Style Sheets
12. The general format of the URL is as follows: Ans. type: // Address /path /
13. The computer abbreviation โOSโ stands for: Ans. Operating System
14. The shortcut key to delete a file without sending to recycle Bin is: Ans. Shift + Del
15. How many versions of Windows 8 for PC have been released? Ans. 3 versions
16. A group of 8 bits is called: Ans. Byte
17. To subscript a text, shortcut key is: Ans. Ctrl + <
18. The file extension .jsp stands for: Ans. Java Server Page
19. What is the full form of WWW? Ans. World Wide Web
20. The microphone converts the sound into: Ans. Electrical Signals
21. A device which connects multiple nodes to the network is: Ans. A hub
22. Windows 7 was released in which year?
23. What is Windows XP? Ans. An operating system
24. ATM stands for: Ans. Automated Teller Machine
25. Which one of these is used to find information on World Wide Web? Ans. Search Engine
26. โ.gifโ is an extension of which type of file? Ans. Image
27. Who is the founder of IBM Company? Ans. Thomas J. Watson
28. Volatile Memory is: Ans. Ram
29. When you delete an object, Windows XP sends it to: Ans. Recycle Bin
30. A folder in windows c canโt be made with the name: Ans. Con/Com1/Com2/Com3
แผแญ โโโโโโโโโโโ
@samijesus

๐1
Etiyootelecom tajaajila adda addaa irratti foyyaโinsa gatii godheera.
Haaluma kanaan interaneeti harka 35%, tajaajila kuufamaa mana keessan turaa irratti 59%, kuufama sagalee irraa 29 % hiriโifamuu ibsee kunis boru Hagayya 21,2012 irraa kaasee hojii irra akka oolu ibsame.

Forwarded from Brand shoes and apparel Promotion Channel (Getbot)
.
๐๐๐๐๐ โโ
๐๐๐๐๐๐
๐๐ ๐๐ โ
๐๐ โโ
๐๐ โโ
๐๐ โโ
๐๐ โโ
๐๐ โโ
๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐ โโ
๐๐ ๐๐
๐๐ ๐๐
๐๐ ๐๐
๐๐ ๐๐
๐๐ ๐๐
๐๐ ๐๐
๐๐๐๐๐๐ โโ
๐๐๐๐
๐๐ โ
๐๐๐ โโ
๐๐ ๐๐
๐๐ โ
๐๐ โ
๐๐ โ
๐๐ โ
๐๐ โ
๐๐๐๐
๐๐๐๐
๐๐๐๐ โโ
๐๐๐๐๐
๐๐ ๐๐โโ
๐๐
๐๐๐ โ
๐๐๐ โ
๐๐
๐๐ ๐๐โโ
๐๐๐๐๐
๐๐๐๐ โโ
๐๐๐๐๐ โโ
๐๐๐๐๐๐
๐๐ ๐๐ โ
๐๐ โโ
๐๐ โโ
๐๐ โโ
๐๐ โโ
๐๐ โโ
๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐ โโ
๐๐ ๐๐
๐๐ ๐๐
๐๐ ๐๐
๐๐ ๐๐
๐๐ ๐๐
๐๐ ๐๐
๐๐๐๐๐๐ โโ
๐๐๐๐
๐๐ โ
๐๐๐ โโ
๐๐ ๐๐
๐๐ โ
๐๐ โ
๐๐ โ
๐๐ โ
๐๐ โ
๐๐๐๐
๐๐๐๐
๐๐๐๐ โโ
๐๐๐๐๐
๐๐ ๐๐โโ
๐๐
๐๐๐ โ
๐๐๐ โ
๐๐
๐๐ ๐๐โโ
๐๐๐๐๐
๐๐๐๐ โโ
Akkamitti password kompitera osoo password sana hin bekne/kan user tokko jijjiruu dandeenya
Step kana deemun๐๐๐
1.my computer / this pic kan jedhuu irratti right click cuqasa
2.manage kan jedhu irratti cuqasa
3.local user Fi group kan jedhuu irratti cuqasa
4.maqaa fayyadama password isaa jijjiruu barbaddu sana irratti yeroo lama /double click cuqaasa
5.maqaa fayyadama gaalchitu/input user name
6.set password kan jedhuu irratti cuqaasa
7.proceed kan jedhuu irratti tuqxa
8.password haara gaalchitu
9.ni mirkanessita/confirm
10.OK tuqi
11.ammas OK tuqi
13.wanta dalaguu barbaddu daalagu dandessa
๐๐Carra gaari

๐ฑappilikeshinota babbaredo programming isiin barsiisu danda'aan
๐๐๐๐๐๐๐๐
โถ๏ธ Solo Learn :
: https://apk4all.com/android/apps/sololearn-learn-to-code-pro/
โถ๏ธ Mimo
: https://apk4all.com/android/apps/mimo-learn-to-code-premium/
โถ๏ธ Programming Hub
: https://dlandroid.com/programming-hub-learn-to-code-apk/
โถ๏ธ Decoder : https://dlandroid.com/dcoder-mobile-compiler-ide-apk/
โถ๏ธ Enki :
https://m.hiapphere.com/apk-com.enki.insights
โถ๏ธ Khan Academy : On Playstore & App Store
๐โ@samitecno
๐ @samitecno

Apk4all | Download MOD APK & Games 2022
SoloLearn Mod APK Learn to Code v4.26.0 (Premium)
Donwload SoloLearn Mod APK Learn to Code v4.26.0 (Premium) for Free! Apk4all.io
app 10 karaale nama ittin hordofuu dandeenyu
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Kannen seenun fayyadamuu dandessuu
1. Cerberus
2. FlexiSPY
3. Google Family Link
4. Find My Device by Google
5. Kiddie Parental Control
6. Prey Anti Theft
7. Spyera
8. Carrier family locator apps
9. OEM Find My Phone apps
10. XNSPY
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Kannen seenun fayyadamuu dandessuu
1. Cerberus
2. FlexiSPY
3. Google Family Link
4. Find My Device by Google
5. Kiddie Parental Control
6. Prey Anti Theft
7. Spyera
8. Carrier family locator apps
9. OEM Find My Phone apps
10. XNSPY
Forwarded from Oromia Education Bureau (Pลรธรปฤ รรฃลฅฤซรดรฑรขฤพฤซลฅรฝ๐)
@Oromiya_education_biro
Manneen barnootaa marsaa sadiin akka banaman murtaa'e.
1โฃ Manneen barnoota baadiyyaa fi magaalota aanaa keessa jiran onkololeessa 9 bara 2013 irraa kaasee barnoota ni eegalu.
2โฃ Manneen barnoota magaalota godinaa keessa jiran onkololeessa 16 bara 2013 irraa kaasee barnoota ni eegalu.
3โฃ Manneen barnootaa finfinnee fi naannaawa finfinnee keessatti argaman onkololeessa 30 bara 2013 irraa kaasee gara barnootaatti akka galan murtaa'ee jira.
โคQormaanni kutaa 12ffaa seensa yuunivarsiitii Sadaasa 28 hanga Muddee 1 bara 2013tti akka kennamu murtaa'ee jira.
โคQormaanni kutaa 8ffaa immoo Sadaasa 22 fi 23 bara 2013 akka kennamuuf murtaa'ee jira.
#MinisteeraaBarnoota

Forwarded from Deleted Account
๐Waa'ee maali barbadduu kunooti ๐๐๐๐๐๐๐๐