◯Gosoota/sadarkaa Hacker Fi Akkaataa Hacker Ta’uun Danda’amu
@samitecno
●Namoonni baay’een hacker jecha jedhamu kana guutummaa guutuutti gocha gaarii hin taane akka ta’eetti ilaalu. Garuu hacking jechuun kan nama miidhuu qofaaf itti fayyadaman osoo hin taane, ogummaa Technology bara kanaa karaa nama hin miineen faayidaa irraa argannudha. Akkasumas account garaagaraa nuti qabnu akka nu jalaa hin hatamneef of eeggannoo gahaa gochuuf nu dandeessisa. Dabalees tajaajila qarshii guddaan argannu ofuma keenyaa baasii malee akka argannu nu taasisa. Kanaafuu, osoo nama hin miidhin hacker ta’uun wamaa miti. yoo nama miidhuuf yaalle garuu ofiis itti miidhamuun hin hafu.
Dandeettii fi beekumsa hacking irratti hundaa’uun hacker bakka gurguddaa 3tti qoodamu
① Script kiddies: Hacker gosti akkanaa beekumsa xiqqoo qabu. isaan kun hacking program qofa kan fayyadamani dha.
② Professional Hackers : Gosti hacker kanaa beekumsa Programming kan qabanii fi giddugalaan hacking ijoo ta’an kan beekanidha.
③ Elite Hackers : Kun sadarkaa hacker isa guddaa yoo ta’u, namoota hacking program fi script garaagaraa ofiisaniin qopheessani dha.
Hackers gochaa fi amala irratti hundaa’uun bakka ③tti qoodamu
①White Hat Hackers : gosti hacker kanaa kan salphaatti nama miidhuuf dandeettii guddaa qaban yoo ta’u, garuu nama miidhuu hin barbaadani. Beekumsa qabaniin hawaasa isaanii balaa adda addaa fi hacker gadhee ta’an irraa eeguuf hojjetu.
② Black Hat Hackers : Gosti hacker kanaa faayidaa mataa isaanii qofarratti kan xiyyeeffatanii dha. Maallaqaa, qabeenyaa fi iccitii nama dhuunfaa fi dhaabbata garaagaraa butuun faayidaa mataasaaniif kan oolfachuuf yaalanii dha.
③ Gray Hat Hackers : Gost hacker kanaa amalli isaanii White hats fi
Black hats gidduutti kan argamu dha.
Akkamiin hacker ta’uun danda’ama?
Hacker ta’uuf beekumsa kompiitaraa qabaachuu barbaachisa. Hacker gurguddoon addunyaa kanaa beekamoon barnoota dippiloomaa ykn digirii hin qaban. Beekumsa kompiitaraa gabbifachuudhaan ofuma isaanitiif shaakkallii baay’isuun dandeettii hacking isaanii guddifatu.
Hacker ta’uuf wantoota gurguddoo ⑤isin barbaachisa
① Bu’uura kompiitaraa beekuu: Akkaataa kompiitarri itti hojjetu, faayyadama interneetii fi kkf.
② Prograamming language tokko tokko beekuu: programming kan akka C, C++, Phython, HTML, JavaScript fi kkf.
③ Networking beekuu: isaan keessaa ijoon HTTP, HTTPS, NAT, TRACEROUTE, VPN, Proxies, switching and routing fi kkf.
④ Waa’ee operating systems sirriitti beekuu: addunyaa kanarratti operating system beekamaan WINDOWS OS dha. Garuu operating system kun hacking dhaaf mijataa miti. Namni hacker ta’uu barbaadu UNIX operating system kan jedhaman kan akka UBUNTU , FEDORA, KALI,
ANDROID, BACKTRACK fi kkf beekuun barbaachisaadha.
⑤ Akkaataa hacking programs jiran itti faayyadaman beekuu: hacking script fi hacking Programs baay’een interneetii irra jiru. isaan kana beekuu fi sirnaan faayyadamuun barbaachisaadha.
Credit. @oromiasumsung
Share and support us
@samitecno
@freeictgroup

WIFI HACK
APP ASII GADITTI TARREFFAAMAN KUN WIFI HACK GOCHUUDHAF ISIIN GARGAARU PLAY STORE IRRAA BUFAADHA.
√Root barbaachisa
List of Best WiFi Hacking Apps for Android
①. Kali Linux NetHunter
②. zANTI: Mobile Penetration & Security Analysis Toolkit
③. Arcai.com’s NetCut
④. WiFi WPS WPA Tester
⑤. Fing – Network Tools
⑥. WiFi Analyzer
⑦. WiFi Inspector
⑧. WiFi Warden
⑨. Router Keygen
⑩. WiFi Password
⑪. Aircrack-ng
⑫. Nmap
⑬. WiFi Kill
⑭. WPS connect
⑮. Arpspoof
⑯. Network Spoofer
⑰. WIBR+
⑱. dSploitWrapping
Share and support us
@samitecno
@free_ICT_group

Forwarded from Sami①
①.kannen kana gadii kessaa gochaa fi amala hacker kan ta`e kami?
Anonymous Quiz
32%
A.Elite hacker
16%
B.White hat hacker
16%
C.Proffessional hacker
35%
D.Kiddies hacker
Forwarded from Sami①
②.kannen armaan gadii kessa dandettii fi bekumsa hacker irraatti hunda`uun kan beekamu kami?
Anonymous Quiz
38%
A.Elite hacker
24%
B.grey hat hacker
21%
C.black hat hacker
17%
D.white hat hacker
Forwarded from Sami①
③.Gosoota hacker kessaa nama miidhudhaf dandeetti gudda osoo qabani nama miidhu kan hin barbanne kami?
Anonymous Quiz
48%
A.black hat hacker
12%
B.elite hacker
39%
C.white hat hacker
0%
D.script kiddies
Forwarded from Sami①
④.kannen gadii kessa sadarka hacker isaa olaana kan ta`e fi ofii isaanitin script fi programming warreen hojjechu danda`an isaan kami?
Anonymous Quiz
65%
A.professional hackers
26%
B.elite hacker
6%
C.Script kiddies
3%
D.white hat hacker
Forwarded from Sami①
⑤.gosoota hacker armaan gadii kessa kan qabeenya nama fayida mata isaanif olfaachudhaf dhama`aan isaan kami
Anonymous Quiz
25%
A. White hat hacker
25%
B.gray hat hacker
41%
C.black hat hacker
9%
Elite hacker
◯Android Data Recovery Software
1. Tenorshare UltData.
2. dr.fone.
3. iMyFone.
4. EaseUS.
5. PhoneRescue.
6. FonePaw.
7. Disk Drill.
8. AirMore.
@samitecno
@samitecno
1. Tenorshare UltData.
2. dr.fone.
3. iMyFone.
4. EaseUS.
5. PhoneRescue.
6. FonePaw.
7. Disk Drill.
8. AirMore.
@samitecno
@samitecno
👍1
Forwarded from Sm js
Qabxiin seensa yuunivarsiitii olaanaan kan bara kanaa 669 ta'uun galmaa'ee jira.
Barattoonni 702 qabxii 600 olii yommuu galmeesisan. Barattoonni parsantiin 55.7 qabxii 350 olii galmeesisuu ministeerri barnootaa beeksisee jira.
Bu’aan qormaata kutaa 12ffaa guyyaa boru ykn har’aa ni ifooma jedhamee eegama.
Barattoonni har’a yookaan guyyaa boruu irraa eegalanii bu’aa qormaata isaanii karaa ergaa gabaabaa 8181 beekuu kan danda’an ta’uu ibsaniiru.

Barattoota kutaa 12 qofaaf Warreen qabxi seensa hin ilaallanne bot kana fayyadamudhan ilaaladha
Bot isaa sirriidha
Barattoota kutaa 12 qofaaf Warreen qabxi seensa hin ilaallanne bot kana fayyadamudhan ilaaladha
Bot isaa sirridha
@ETGrade12bot
@samitecno
Bot isaa sirriidha
Barattoota kutaa 12 qofaaf Warreen qabxi seensa hin ilaallanne bot kana fayyadamudhan ilaaladha
Bot isaa sirridha
@ETGrade12bot
@samitecno
✳️ የቴክኖሎጂ እውነታዎች
◽️ ዛሬ ከ3.8 ቢሊዮን በላይ ሰዎች Internet ይጠቀማሉ ይህም ከዓለም ህዝብ 40 በመቶው ነው።
◽️ በየ57 ደቂቃው ከ570 በላይ አዳዲስ Websites ይፈጠራሉ።
◽️ በየቀኑ ከ3.5 ቢሊዮን በላይ Google Search ይደረጋል።
◽️ በ2020 ቪዲዮ ከሁሉም ከInternet ትራፊክ 80% ያህሉን ይይዛል።
◽️ 40,000 የTweeter ትዊቶች በደቂቃ ይላካሉ በቀን 500 ሚሊዮን ትዊቶች ማለት ነው።
◽️ በAmerica ከሚደረጉ ከ7 ፍቺዎች መካከል ለአንዱ ፌስቡክ ተጠያቂ ነው።
◽️ በ2020 ከ8.2 ቢሊዮን በላይ መረጃዎች ተሰርቀዋል ወይም Hack ተደርገዋል።
◽️ የመጀመሪያው ኮምፒዩተር ወደ 2.5 ሜትር የሚጠጋ ቁመት ያለው ሲሆን ክብደቱ ወደ 30,000 ኪ.ግ. ይመዝናል።
◽️ NASA ውስጥ የInternet ፍጥነት በሰከንድ 90GB ነው።
◽️ በዓለም ትልቁ ሃርድ ድራይቭ 60TB SSD ነው።
◽️ Bluetooth ኖርዌይን እና ዴንማርክን አንድ ባደረገው ሃራልድ ብሉቱዝ በተባለ ንጉስ ተሰየመ ነው።
◽️ የጉግል መሥራቾች እ.ኤ.አ. በ1999 ጉግል ን በ1 ሚሊዮን ዶላር ለመሸጥ ፈቃደኞች ቢሆኑም Excite ግን አልተቀበላቸውም። ጉግል አሁን 527 ቢሊዮን ዶላር ዋጋ አለው።

#Termux
Warren termux fayyadamtan kinooti wantoota achi kessatti install gootan qabanne isiniif dhiyannerra
TERMUX BASIC PACKAGES BY*_ @samitecno
-------------------------------------------------
Channel :- @samitecno
Group :- @free_ict_group
Warren termux fayyadamtan kinooti wantoota achi kessatti install gootan qabanne isiniif dhiyannerra
TERMUX BASIC PACKAGES BY*_ @samitecno
-------------------------------------------------
pkg update -y
pkg upgrade -y
pkg install python -y
pkg install python2 -y
pkg install python2-dev -y
pkg install python3 -y
pkg install java -y
pkg install fish -y
pkg install ruby -y
pkg install help -y
pkg install git -y
pkg install host -y
pkg install php -y
pkg install perl -y
pkg install nmap -y
pkg install bash -y
pkg install clang -y
pkg install nano -y
pkg install w3m -y
pkg install havij -y
pkg install hydra -y
pkg install figlet -y
pkg install cowsay -y
pkg install curl -y
pkg install tar -y
pkg install zip -y
pkg install unzip -y
pkg install tor -y
pkg install google -y
pkg install sudo -y
pkg install wget -y
pkg install wireshark -y
pkg install wgetrc -y
pkg install wcalc -y
pkg install bmon -y
pkg install vpn -y
pkg install unrar -y
pkg install toilet -y
pkg install proot -y
pkg install net-tools -y
pkg install golang -y
pkg install chroot -y
termux-chroot -y
pkg install macchanger -y
pkg install openssl -y
pkg install cmatrix -y
pkg install openssh -y
pkg install wireshark -y
termux-setup-storage -y
pkg install macchanger -y
apt update && apt upgrade -yChannel :- @samitecno
Group :- @free_ict_group
#Master code
@samitecno
@samitecno
Master code jechuun koodii ykn paaswoordii riisiivarii keenya ittiin hiine yoo daganne password ittiin deebinee banachuu dandeenyuudha ykn immoo hogeessotiin garaa garaa yoo koodii riisiivarii keenyaa nu jalaatii geeddaranii nuyi immoo yoo banuudhaa dadhabne koodiin ittiin banachuu dandeenyu master code jedhama
Walumaa galatti master code jechuun paaswoordii riisiivarii Kan homtinuu nu jalaa jijjiiruu hin dandeenyeedha.master code riisiivaroota muraasaa asii gaditti isiniifan dhooba yoo password riisiivarii keessanii hin beektan tahe koodii kana fayyadamuun banachuu dandeessu galatoomaa
😍Riisiivariin keessan leg warreen ta'e koodii kanaan 👇👇👇👇
*1512
*1506
*9878
😳Riisiivariin keessan Lifestar warreen ta'e koodiiwwan kana keessaa tokkoon isiniif ni bana
👇👇👇👇👇👇👇
#6666
#9876
#3503
#8888
😜Riisiivariin keessan gosa Supermax yoo tahe immoo koodii kanaan 👇👇👇👇👇
*9876
*6000
*8888
*3606
*2046
*3327
*3328
*3329
😂Riisiivariin keessan Eurostar warreen ta'e immoo 👇👇👇👇
#1004
#3472
#7432
#9876
😁 riisiivariin keessan superstar ykn vanstar yoo ta'e koodii kanaan 👇👇
$9878
😍Riisiivariinkeessan Ibox 3030 yoo taye immoo koodii kanaan 👇👇👇👇
$9876
Walumaa galatti koodiiwwan armaan olitti isiniif eere riisiivaroota hedduudhaaf wanna ta'aniif maqaan riisiivarii keessanii yoo eeramuu baateyyuu ittiin yaalaa isiniif ni dalaga.
Post kana immoo share forward gochuu hin dagatiinaa chaanaalii kiyya kana immoo share gochuudhaan na deeggaraa
Nagaatti naaf turaa!
Credit:gudar dish info@samitecno
@samitecno
❤1
#SHE
Ministeerri Saayinsii fi Barnoota Olaanoo ibsa har'a ganama laateen qabxii darbiinsa ykn seensa Yunivarsiitii ifoomseera.
Haaluma kanaan:
⚜ Saayinsii Uumamaa (Natural Science)
- Dhiiraaf - 380
- Dubartiif - 368
⚜Saayinsii Hawaasaa (Social Science)
- Dhiiraaf - 370
- Dubartiif - 358