COD-ETยฎ
20.2K subscribers
627 photos
35 videos
122 files
538 links
#COD-ET ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น

๐Ÿ’ป Code โ€ข Learn โ€ข Build
๐Ÿš€ Ethiopiaโ€™s growing developer community

๐ŸŽฏ Tech tips | ๐Ÿ’ก Learning | ๐ŸŒ Web & Apps | ๐ŸŽจ Design | ๐Ÿ’ผ Online opportunities

We build. We learn. We grow. Together.

Smart Code. Smart Security. Ethiopian Soul
Download Telegram
Channel created
Chaanalin kun odefanno waa'e technology qabatee dhiyateraa kana malees odefannowwan arifachisa akka argattanif qophi isaa xumureraa
๐Ÿ‘‰ baacoo
๐Ÿ‘‰asoosama
๐Ÿ‘‰diramaa gaggababa
๐Ÿ‘‰taphota
๐Ÿ‘‰ suurale dinqisiso
Qabatee isiinif dhiyaatera kana join gochuun dawwadha
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://t.me/joinchat/AAAAAEk5xa0hw4Q1N7FU8w


#join
#join gochuu hin dagatina
#ngrok
How to Download, install ngrok in Android Termux / Linux [Also work for non-rooted devices]


1. Open Termux And Type Command $ apt update && apt upgrade && apt install python2

2: Login or Signup
Visit this website and Login/signup

3: How to Download
Downlaod .zip file Linux(ARM)
Download

4. Now go to downloaded file folder and click on share Termux Folder
Click on open folder

5. $ ls

6. Now type command $ unzip ngrok-stable-linux-arm.zip

7. How to Install?
Type command ./ngrok (authtoken). Here authtoken is the token that you copy in step-2. As I shown in this screenshot. For privacy reason, i am hidden my authtoken. If will said that file not implemented

8: How to use ngrok?
Type command ./ngrok http 8080. Here 8080 is port you change your country best

--------------------------------------------------------------------------

[%] if No One Understands Anything [%]
Channel name was changed to ยซSami Techยป
(Waan gootu hundaaf dirqama kee bahi!)

Waan barbaaddu argachuuf aarsaa barbaachisu hin kanfaltu taanaan, waan dhabdeef hin boo'iin. Boo'ichi agarsiistuu miidhama keessoo ta'uu irra darbee, furmaata waan boo'amuufii ta'uu hin danda'u. Fiixaan bahuu yoo feete, dirqama deemsi fiixaan bahinsaa sirraa barbaadu guutummaa guutuutti bahi. Waanti fedhe iyyuu hammuma ati ofirraa darbite sirraa fagaata. Eeboon osoo hin darbamiin waraanuu danda'aaree? Hin danda'u! Yaadni ifaajaan hin deeggaramne, deemsi aarsaa kanfalamuuf kutannoo of keessaa hin qabnes akkanuma dharraa ta'e hafa. Abjuu!

Garaagarummaan waan gochuu dandeessuufi waan gootee argamtee gidduu jiru (THE "KNOW - DO GAP") hammantaa ati dirqama kee baatee irratti hundaa'a. Guutummaa guutuuttu waan sirraa eegamu yoo baate, garaagarummaan waan gochuu dandeessuufi gootee argamte jidduu jiru ni dhabama. Fkf:- qorumsa tokko hamma dandeessuu dubbiste 10/10 argachuu osooma dandeessuu irruma keessa ilaaltee 6/10 argatte haa jennu. 10/10 argachuun siif hamma dandeettii kee ykn waanuma beektudha ( what you know). 6/10 immoo waan gootee argamtedha (what you did). Argitee! Waan gootu gochuu dhabuun garaagarummaa hanganaa geessisa. #This is what 'the difference between what you know or what you can do, and what you actually did (The "Know - gap")' it means! Akkana dubbichi!

Danda'uun raawwachuu miti, rawwachuun garuu danda'udha. Hedduutu danda'a; garuu kan dandeettii kana waan qabatamaan lafa kaa'u muraasa. Ni dandeessa. Eeyyeen ni dandeessa! Kanaafuu dandeettii kee ifaajaan miiltomsi. Waan dhabdeef boo'uu dhiisi; waan argachuu feetuuf immoo ifaaji, aarsaas kanfaliif. Kanaan booda waan ta'u ni argita. Bu'aa ifaajuun qabus ni galateeffatta. Nama kanaa ta'i!
~~~~~

@samitech01 ____for channel
@sami01bot __for comment