#MURTII
Jhon Maxwell kitaaba isaa - -amala 7n nama milkaa'aa, ja'u keessatti akkana nun je'a.
#murtii sirrii ta'e yeroo isaa malee (sirrii hin ta'initti) yoo murteessite FUDHATAMA DHABDA.
#Yeroo isaatti (sirrii ta'etti) murtii sirrii hin ta'in yoo murteessite Dogoggora keessa galta.
# yeroo sirrii hin ta'initti Murtii sirrii hin ta'in yoo murteessite kufaatif saaxilamta.
#murtii sirrii yeroo isaatti yoo murteessite milkaa'ina goonfatta.
@samitecno

Bilbilli android maaliif โApp not installedโ jedhee app keenya install gochuu dida?๐๐๐๐๐
๐Furmaatn isaahoo maali?
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Appii haaraa tokko install gochuuf yoo jennu โApp not installedโ kan jedhuuf sababoota gurguddoo 8 qaba.
Isaanis:
App wal fakkaataan dursee jirachuu.
Android version bilbila keenyaan wal madaaluu dhabuu.
Rakkoo siistamaa (System problem) qabaachuu.
Kallattiin install taโuu diduu.
Rakkoo โApp preferanceโ
Teessoo appichaa.
Rakkoo โPackage installerโ yoo uumamu.
Free space dhabuu.
Sababootni isaa kan armaan olii yoo taโu, furmaatni isaa kan armaan gadiiti.
1. Yeroo baayโee app tokko yammuu install gochuuf jennu โApp not installedโ jedhee kan nu didu Appii isa fakkaatu yoo jiraatudha. Kanaafuu Appii isa fakkaatu jalqaba uninstall gochuun balleessuu qabdu.
2. Appii haaraa install gochuu barbaaddan android version mobaayila keessaniirratti hojjechuu dhiisuu dandaโa. Kanaafuu Appicha edit gochuu qabdu. Appii edit gochuuf stepi 5โn armaan gadii sirnaan hordofaa:
Step 1 Appii maqaansaa โapk editorโ jedhamu interneetii irraa buufadhaa.
Step 2 Apk editor install ergaa gootanii booda open godhaatii, โselect apk from APPโ kan jettu cuqaasuun โCommon editโ kan jettu seenaa.
Step 3 achi keessaa โInstall locationโ kan jettu default godhaa.
Step 4 Itti aansuun โversion codeโ kan jettu jijjiraa. Koodicha yammuu jijjiirtan koodiin jijjiirame mobaayilicha kan madaale taโuu qaba (Kanas Appii installed taโeerraa ilaaltanii jijjiiruu ni dandeessu).
Step 5 Save gochuun install godhaa.
3. Mobaayilichi yeroodhaaf rakkoo sirnaa (Temporary System problem) yoo qabaate Appii haaraa install hin godhu. Kana furuuf immoo mobaayilicha restart/reboot godhaa.
4. Appii kallattiin install taโu hin dandeenye ni jiru. Fakkeenyaaf,
Base.apk , Config-Archi.Apk jedhaman. kanaaf;
Appii akkanaa install gochuuf yoo cuqaasnu โOpen withโ jedhanii filannoo garagaraa fidu malee install kan jedhu hin agarsiisani. Appii akkanaa install gochuuf immoo appii maqaansaa โSAI (Split app installer)โ jedhamu install godhadhaa. Itti aansuun app install taโuu dide sanatti deebiโaa. โOpen withโ jedhee filannoo garaagaraa yoo isiniif fidu โSAIโ filadhaa. Kana booda โSAIโ keessaan install gochuu dandeessu.
5. Setting bilbila keessanii seenuun โReset app preferance godhaaโ. Kana gochuuf tartiiba kana hordofaa. Settings < Apps < menu (mallattoo sarara sadii) < Reset app preferances.
6. Appichi memory card irra yoo jiraate gara internal storage tti dabarsaa install gochuu yaalaa.
7. Rakkoo โPackage installerโ yoo uumamudha. Rakkoo kana furuuf tartiiba armaan gadii hordofaa: Settings < Manage apps < Package installer < Clear data and Clear cache
8. Mobaayilichi โFree spaceโ gahaa qabaachuu adda baafadhaa. Yoo hinqabu taโe app kan biroo uninstall godhaa ykn faayiloota gurguddaa bakka baayโee qabatanii jiran delete godhaa.

Akkam hordoftota sami tech har'aa barumsa bareeda tokko isiinif qabadheera
๐akkamitti fb nama kan biraa buttaan (hack) akka itti gootan isiinif qabadheera barumsa qofaf
Xumurarratti subscribe gochuu hin dagatina
๐๐๐๐๐
https://youtu.be/Cev--CDywUg

YouTube
Facebook nama bira cabsu
Forwarded from Odaa Electronics
Miimooriinkoo guute jechuun hafeera. 100GB tolaan moobayilii keessan irratti wanti isin argamsiisu dhufeera.
Wow app ajaayibaadha nii jaallattu video kanarraa ilaalaa.
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
https://youtu.be/6IQpoHkuezI

Sami tech
Facebook yoo baayyistuu fi Abbaa kee
Abbaa: Adaraa ilmako akkaataan itti facebook gargaaramtu kun gaarii miti yoo sitti hafehoo...?
Ilma: Abbaa ko comment kee fudhadheera. Garuu yoo mara online ta'uun maal rakkoo qaba.
Abbaa: Rakkoo qaba malee, Yeroo dheeraa facebook gubbaatti dabarsuu keerraan kan ka'e Aadaa dagattee jirta beeki..
Ilma: Hin dogoggorin abba an aadaa sirriittin beeka.
Abbaa: Mee erguma beeka jettee duraa duuba ittiin hoolaan qalamu natti himuu ni dandeessaa?
Ilma: Abba kun cimeetiiree..? Jalqabarra gabaa deemtee search goota..
Abbaa: Ni barbaadda jechuu keetii?
Ilma: Eeyyee abba.
Abbaa: Tole achiihoo..
Ilma: achiin booda mana fiddee lafarratti download goota.
Achiin boodas morma isaa cut gootee, gogaa isaa irraa remove goota..
Achiin booda garaasaa open gochuun applicationoota achi keessa jiran hunda gadi baasta.
Abbaa: ohoo.. kee raajuma itti aanseehoo..
Ilma: Itti aanseemmoo application baasne sana Foldera keessa keenya
Abbaa: Gabataa gubbaa goona jechuu keetii.. achiihoo
Ilma: Achiimmoo gosa foonii like goone filannee garaa keenyatti possatuudhaka abba..
.
.
.
.
.
.
.Abbaa: Waan tokko dagatte ilmako.. warri ollaa keenyaa share akka godhanitti invite gochuu qabna๐๐
......
Maal eegduree?
Share
Invite
๐๐๐๐๐๐๐

#Basic_computer_Questions
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
1. The length of IP address is? Ans. 32 bits
2. Facebook was launched in? Ans. 2004
3. The docx file contains? Ans: MS Office Word
4. The file extension DLL stands for? Ans. Dynamic Link Library
5. The extension of a MS Access Database is? Ans. mdb.
6. The key combination used to permanently delete a file from Windows computer? Ans. Shift + delete
7. Shortcut Key to open a new document is? Ans. Ctrl + N
8. Data is permanently stored in? Ans. Hard Disk
9. What are the steps to upgrade a 32-bit version to a 64-bit version of Windows? Ans. It cannot be upgraded
10. To change a lowercase letter to uppercase and uppercase letter to lowercase select? Ans. Sentence Case
11. CSS stands for: Ans. Cascading Style Sheets
12. The general format of the URL is as follows: Ans. type: // Address /path /
13. The computer abbreviation โOSโ stands for: Ans. Operating System
14. The shortcut key to delete a file without sending to recycle Bin is: Ans. Shift + Del
15. How many versions of Windows 8 for PC have been released? Ans. 3 versions
16. A group of 8 bits is called: Ans. Byte
17. To subscript a text, shortcut key is: Ans. Ctrl + <
18. The file extension .jsp stands for: Ans. Java Server Page
19. What is the full form of WWW? Ans. World Wide Web
20. The microphone converts the sound into: Ans. Electrical Signals
21. A device which connects multiple nodes to the network is: Ans. A hub
22. Windows 7 was released in which year?
23. What is Windows XP? Ans. An operating system
24. ATM stands for: Ans. Automated Teller Machine
25. Which one of these is used to find information on World Wide Web? Ans. Search Engine
26. โ.gifโ is an extension of which type of file? Ans. Image
27. Who is the founder of IBM Company? Ans. Thomas J. Watson
28. Volatile Memory is: Ans. Ram
29. When you delete an object, Windows XP sends it to: Ans. Recycle Bin
30. A folder in windows c canโt be made with the name: Ans. Con/Com1/Com2/Com3
แผแญ โโโโโโโโโโโ
@samijesus

๐1
Etiyootelecom tajaajila adda addaa irratti foyyaโinsa gatii godheera.
Haaluma kanaan interaneeti harka 35%, tajaajila kuufamaa mana keessan turaa irratti 59%, kuufama sagalee irraa 29 % hiriโifamuu ibsee kunis boru Hagayya 21,2012 irraa kaasee hojii irra akka oolu ibsame.

Forwarded from Brand shoes and apparel Promotion Channel (Getbot)
.
๐๐๐๐๐ โโ
๐๐๐๐๐๐
๐๐ ๐๐ โ
๐๐ โโ
๐๐ โโ
๐๐ โโ
๐๐ โโ
๐๐ โโ
๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐ โโ
๐๐ ๐๐
๐๐ ๐๐
๐๐ ๐๐
๐๐ ๐๐
๐๐ ๐๐
๐๐ ๐๐
๐๐๐๐๐๐ โโ
๐๐๐๐
๐๐ โ
๐๐๐ โโ
๐๐ ๐๐
๐๐ โ
๐๐ โ
๐๐ โ
๐๐ โ
๐๐ โ
๐๐๐๐
๐๐๐๐
๐๐๐๐ โโ
๐๐๐๐๐
๐๐ ๐๐โโ
๐๐
๐๐๐ โ
๐๐๐ โ
๐๐
๐๐ ๐๐โโ
๐๐๐๐๐
๐๐๐๐ โโ
๐๐๐๐๐ โโ
๐๐๐๐๐๐
๐๐ ๐๐ โ
๐๐ โโ
๐๐ โโ
๐๐ โโ
๐๐ โโ
๐๐ โโ
๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐ โโ
๐๐ ๐๐
๐๐ ๐๐
๐๐ ๐๐
๐๐ ๐๐
๐๐ ๐๐
๐๐ ๐๐
๐๐๐๐๐๐ โโ
๐๐๐๐
๐๐ โ
๐๐๐ โโ
๐๐ ๐๐
๐๐ โ
๐๐ โ
๐๐ โ
๐๐ โ
๐๐ โ
๐๐๐๐
๐๐๐๐
๐๐๐๐ โโ
๐๐๐๐๐
๐๐ ๐๐โโ
๐๐
๐๐๐ โ
๐๐๐ โ
๐๐
๐๐ ๐๐โโ
๐๐๐๐๐
๐๐๐๐ โโ
Akkamitti password kompitera osoo password sana hin bekne/kan user tokko jijjiruu dandeenya
Step kana deemun๐๐๐
1.my computer / this pic kan jedhuu irratti right click cuqasa
2.manage kan jedhu irratti cuqasa
3.local user Fi group kan jedhuu irratti cuqasa
4.maqaa fayyadama password isaa jijjiruu barbaddu sana irratti yeroo lama /double click cuqaasa
5.maqaa fayyadama gaalchitu/input user name
6.set password kan jedhuu irratti cuqaasa
7.proceed kan jedhuu irratti tuqxa
8.password haara gaalchitu
9.ni mirkanessita/confirm
10.OK tuqi
11.ammas OK tuqi
13.wanta dalaguu barbaddu daalagu dandessa
๐๐Carra gaari

๐ฑappilikeshinota babbaredo programming isiin barsiisu danda'aan
๐๐๐๐๐๐๐๐
โถ๏ธ Solo Learn :
: https://apk4all.com/android/apps/sololearn-learn-to-code-pro/
โถ๏ธ Mimo
: https://apk4all.com/android/apps/mimo-learn-to-code-premium/
โถ๏ธ Programming Hub
: https://dlandroid.com/programming-hub-learn-to-code-apk/
โถ๏ธ Decoder : https://dlandroid.com/dcoder-mobile-compiler-ide-apk/
โถ๏ธ Enki :
https://m.hiapphere.com/apk-com.enki.insights
โถ๏ธ Khan Academy : On Playstore & App Store
๐โ@samitecno
๐ @samitecno

Apk4all | Download MOD APK & Games 2022
SoloLearn Mod APK Learn to Code v4.26.0 (Premium)
Donwload SoloLearn Mod APK Learn to Code v4.26.0 (Premium) for Free! Apk4all.io
app 10 karaale nama ittin hordofuu dandeenyu
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Kannen seenun fayyadamuu dandessuu
1. Cerberus
2. FlexiSPY
3. Google Family Link
4. Find My Device by Google
5. Kiddie Parental Control
6. Prey Anti Theft
7. Spyera
8. Carrier family locator apps
9. OEM Find My Phone apps
10. XNSPY
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Kannen seenun fayyadamuu dandessuu
1. Cerberus
2. FlexiSPY
3. Google Family Link
4. Find My Device by Google
5. Kiddie Parental Control
6. Prey Anti Theft
7. Spyera
8. Carrier family locator apps
9. OEM Find My Phone apps
10. XNSPY
Forwarded from Oromia Education Bureau (Pลรธรปฤ รรฃลฅฤซรดรฑรขฤพฤซลฅรฝ๐)
@Oromiya_education_biro
Manneen barnootaa marsaa sadiin akka banaman murtaa'e.
1โฃ Manneen barnoota baadiyyaa fi magaalota aanaa keessa jiran onkololeessa 9 bara 2013 irraa kaasee barnoota ni eegalu.
2โฃ Manneen barnoota magaalota godinaa keessa jiran onkololeessa 16 bara 2013 irraa kaasee barnoota ni eegalu.
3โฃ Manneen barnootaa finfinnee fi naannaawa finfinnee keessatti argaman onkololeessa 30 bara 2013 irraa kaasee gara barnootaatti akka galan murtaa'ee jira.
โคQormaanni kutaa 12ffaa seensa yuunivarsiitii Sadaasa 28 hanga Muddee 1 bara 2013tti akka kennamu murtaa'ee jira.
โคQormaanni kutaa 8ffaa immoo Sadaasa 22 fi 23 bara 2013 akka kennamuuf murtaa'ee jira.
#MinisteeraaBarnoota