COD-ETยฎ
20.2K subscribers
625 photos
35 videos
122 files
537 links
#COD-ET ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น

๐Ÿ’ป Code โ€ข Learn โ€ข Build
๐Ÿš€ Ethiopiaโ€™s growing developer community

๐ŸŽฏ Tech tips | ๐Ÿ’ก Learning | ๐ŸŒ Web & Apps | ๐ŸŽจ Design | ๐Ÿ’ผ Online opportunities

We build. We learn. We grow. Together.

Smart Code. Smart Security. Ethiopian Soul
Download Telegram
Gamni gorsa dhagaha by @samitecno

Dargagummattii wanti ani yaadu hunduu sirriidha yaada jedhu keessa bahi, waan hundayyuu arge malee hin amanu hin jedhiin, dhagahanii amanuun, warra dogongorerra barachuun hubannaa ta'uusa hin dagatiin!

Beekumsa nama waggaa 80 argachuuf dirqama umuriinke 80 ta'uu hin qabu, warra umuriin isaani 80 guute hubannan dhaggeeffadhu
gorsa yoo dhaggeffatte tola baratta, gorsa dhagahuu yoo didde garuu gatii kanfaltee akka barattu beeki, gatii kanfalanii barachuun dadhabsiisaa akkasumas nama gaabbisisa
gamna yoo taate waan namarra gaheerraa baratta gowwaa yoo taate garuu gaafa sirra gahu irraa baratta
waan agarte mul'isi, waan sitti hin mul'atiin dhiisi, waan sirritti hin hubanne hin barsiisiin, waan hin dhamdhamiin nama hin afferiin, waan dhageesse hunda hin amaniin, waan haasofte hundaan sirridha hin jedhiin

kan laatte irranfadhu malee hin odeessiin, dhumasaa osoo hin argiin galata hin bayisiin, osoo aduun hin dhihiin guyyaan kun bareedadha hin jedhiin
ijjike waan fulduraan argamu yoo yaadeyyuu garaanke boodasaa waan dhufu ha yaadu, waan boriirra akka geessuf isa kaleessa in dagatiin, karaan irra deemtu akka si jalaa hin badnetti karaa irra dhufte hin dagatiin.
hojii gaarii abboota fkn godhadhu, jireenya isaan dabarsanirraa baradhu malee jajjuus cabsituus hin ta'iin, namoonni kan biraa waan isaan ta'uu qaban gaafa bartu ati waan ofii ta'uu qabdu akka si jalaa hin badnetti of eeggadhu
jalinni si hin ho'isiin waan gaariniis sitti hin qorriin, jal'inaaf dandeettii yo qabattee waan gaariifis dandettii waan qabduuf hojiinke filannookerratti waan hundawuuf itti yaadi

Kanan dubbiserraa
โœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธ
@sami01bot
@samitecno
@samitecno
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Bilbila keessan Password ykn
Pattern yoo dagattan faayila keessan osoo hin balleessin akkaataa itti banuu dandeessan.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Yeroo baayโ€™ee Bilbila android
password ykn pattern keenya sababa garagaraan dagachuu dandeenya. Yeroo kanatti bilbila keenya Restore gochuuf nu dirqamsiisa. Kun immoo faayila keenya bilbila irra jiru hundumaa na jalaa kan balleessudha. Kanaaf akkaataa armaan gadiitiin osoo faayilli keessan tokkoyyuu hin badin bilbila keessan password ykn pattern dagattan bantanii fayyadamuu ni dandeessu.
Wantoota isin barbaachisan:
1. Appii โ€˜Aroma file managerโ€™ jedhamu
2. Meemoorii kaardii
3. Bilbila android banamaa kan biroo
4. Bilbila password ykn pattern dagattan
Itti aansuun tartiiba armaan gadii hordofaa:
1. Bilbila biroo sanaan App โ€˜Aroma File Managerโ€™ jedhamu link kanarraa buufadhaa https://www.allmobitools.com/download-aroma-file-manager-zip/
2. Appicha memory card irratti copy godhaa
3. Meemooricha bilbila cufame/kan passwordi dagattan sanatti galchaa
4. Bilbila cufame sana switch off godhaa. itti aansuun Power fi kan sagalee ittiin dabalan walfaana gad-qabuun hamma barreeffama wayii fidutti tursaa.
5. Barreeffama jiran keessaa โ€˜Recovery modeโ€™ kan jettu filadhaa. (asirratti button sagalee hirโ€™isu fi dabalu olbaasuu fi gadbuusuuf kan faayyadu yoo taโ€™u โ€˜power buttonโ€™ immoo โ€˜Okโ€™ taโ€™ee tajaajila.)
6. โ€˜Recovery modeโ€™ erga seentanii โ€˜install zip from sd cardโ€™ kan jettu filachuun meemoricharraa folder appichi keessa jiru seenuun install godhaa.
7. Appicha keessa seenuun gara โ€˜navigateโ€™ jedhutti gad buโ€™uun โ€˜autumount all devices on startโ€™ kan jettu filadhaa. isa booda cufaa
8. Step 6ffaa irra deebiโ€™aa
9. Appicha ammas irra deebiin banuun โ€˜data folderโ€™ filadhaa. Achi keessaa โ€˜system folderโ€™ yoo seentan โ€˜gesture.key or password.keyโ€™ kan jedhu delete godhaa.
10. Bilbilicha โ€˜Rebootโ€™ godhaa
11. Bilbilli keessan isiniif banama. Faayilli keessanis hin badu. Pattern ykn Password haaraa galchitanii fayyadamuu dandeessu.

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@samitecno
@samitecno
@samitecno
@samitecno
#BILBILLII_AnDROiD_YOO_BADEE๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Bilbillii android yoo nu jalaa bade ykn hatame eessa akka jiruu fi eenyu akka faayyadamaa jiru beekuun argachuu ni dandeenya. Bilbilli keessan haala hin beekamneen isin harkaa baduu ykn hatamuu dandaโ€™a. Yeroo kanatti waajjira poolisiitti iyyannee ykn bakka inni itti bade iyyaafannee argachuu dhiisuu dandeenya taโ€™a.
Kanaaf, karaa salphaa taโ€™een bilbila keenya nu harkaa bade bakka inni jiru, yoo namatu fayyadamaa jira taโ€™ees eenyu akka faayyadamaa jiru fi eessa taaโ€™ee fayyadamaa akka jiru karaa ittiin baruu dandeenyu amma waliin ilaalla. inniis lakkoofsa IMEI mobaayila keenyaa faayyadamuun kan beekuu dandeenyudha. Kanaafuu, tartiiba armaan gadii jiran sirriitti hordofuun bilbilli keessan eessayyuu yoo jiraate argachuu dandeessu.
Bilbilli keenya osoo hin badin dura waan gochuu qabnu:
1. Lakkoofsa koodii *#06# bilbiluun lakkoofsa IMEI bilbila keessanii ilaalaa
2. Lakkoofsa IMEI fi model bilbila keessanii yaadannoo keessanirratti qabadhaa. Yookiniis yoo bilbilli keessan bade bakka argachuu dandeessanitti galmeessaa kaaโ€™aa.
Kana booda yoo bilbilli keessan bade ykn hatame haala armaan gadiin bakka inni jiru argachuu dandeessu.
Mobaayila android kan biroo ykn kompiitara faayyadamuun gara email cop@vsnl.net jedhamutti ergina. Email itti erginus haala armaan gadiin qindeessina.
My name ____ (bakka duwwaarratti maqaa keessan barreessaa)
Address ____ (bakka duwwaarratti teessoo keessan barreessaa)
Phone Model ____ (bakka duwwaarratti model mobaayila keessan badee sana barreessaa)
Made ____ (bakka duwwaarratti biyya mobaayilli keessan bade sun itti hojjetame barreessaa. Fkn. Made in Vietnam)
Email for communication ____ (bakka duwwaarratti email keessan barreessaa)
Missed date ____ (bakka duwwaarratti guyyaa bilbilli isin harkaa bade akka lakkoofsa Awurooppaatti barreessaa)
IMEI number____ (bakka duwwaarratti Lakkoofsa IMEI bilbila badee sana barreessa)
Tartiiba kana haala sirriin yoo raawwattan โ€˜GPRS systemโ€™ fayyadamuun teessoo bilbilchi jiru , eenyu harka akka jiru fi namni faayyadamaa jiru sun email yoo qabaate email isaa wajjin Email keessanirratti isiniif dhufa. Kana booda , GPRS sana hordofuun bakka inni jiru deemnee bilbila keenya argachuu ni dandeenya. yoo kophaa keenya kan sodaannu tahe qaama nagaa eegumsaatif beeksisuu ni dandeenya.

@samitecno
@samitecno
@samitecno
#MEMORY_Fi_FLASH Ol_GUDDISUUF


Memory card fi Flash 2GB, 4GB fi 8GB irraa gara 16GB tti guddisuuf
Kompiitara fayyadamuun memory card fi flash xixiqqoo taโ€™an salphaatti gara 16GB tti guddisuun ni dandaโ€™ama. Kuniis namoota storage bilbila keessanii xiqqaatee isin rakkisuuf furmaata gaariidha.
Kompiitara keessanitti fayyadamuun gara 16GB tti guddisuuf tartiiba kanaa gadii sirnaan hordofaa.
1. Software โ€˜ Sdata tool โ€˜ jedhamu google irraa buufadhaa.
2. Erga buustanii booda right click gochuun extract godhaa. Itti aansuun sdata tool.exe kan jettu irratti right click gochuun โ€˜run as admnistratorโ€™ godhaa. yeroo kanatti install gootaniittu jechuudha.
3. Flash ykn meemoorii guddisuu barbaaddan reader keessa galchuun kompiitarichatti galchaa.
4. Memory ykn flash sanarra faayila barbaachisoo taโ€™an kompiitara ykn mobaayila keessanirratti copy erga gootanii booda format godhaa.
5. Gara sdata tool tti deebiโ€™uun erga seentanii booda select drive jechuun yoo isiniif fidu. Qubee flash ykn memory sanaa filadhaa. Fakkeenyaaf drive E irra jira yoo taโ€™e isa filadhaa.
6. Itti aansuun โ€˜To 4GB, 8GB, 16GBโ€™ jechuun filannoo isiniif fida. Flaashii ykn meemoorichi 2GB yoo taโ€™e jalqaba โ€˜To 4GBโ€™ kan jettu filachuun โ€˜E-compressโ€™ kan jettu click godhaa. Flaashii ykn meemoorichi 4GB yoo taโ€™e โ€˜To 8GBโ€™ kan filattan yoo taโ€™u , meemoorii ykn flaashichi 8GB yoo taโ€™emmoo โ€˜To 16GBโ€™ filadhaa.
Tartiiba 6ffaa irra jiru kana irra deddeebiโ€™uun meemoorii ykn flashii 2GB irra 4GB tti erga guddisnee 4GB irraas gara 8GB tti 8GB irraa gara 16GB tti guddisuu ni dandeenya.
Haaluma kanaan: Flashii ykn meemoorichi 4GB yoo taโ€™e jalqaba gara 8GB tti itti aansuun 16GB tti kan guddisnu yoo taโ€™u, Flaashii ykn meemoorichi 8GB yoo taโ€™emmoo kallattiin gara 16GB tti kan guddisnu taโ€™a.
Hubachiisa: erga meemoorii ykn flaashii keenya haala kanaan guddisnee booda yoo format goone storage isaa jalqabaatti deebiโ€™a. Kana jechuun duraan 2GB kan ture 2GB tti deebiโ€™a jechuudha. kanaafuu Format gochuu irraa of qusachuu yoo goone immo ni hojjetaa

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘

@samitecno
@samitecno
#JECHOOTA_ICT_HIIKAA ISAANI_FI_FAYIDA_ISAANI

Dubbisi si Fayyada
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
1.Blacklist :- Hiikoon isaa โ€˜Galmee gurraachaโ€™ jechuudha. Faayidaan isaa hayyama dhorkuudha.
2. Cookie :- Broowserii kompiitaraa yammuu seennee baanutti, kompiitarichi fuula website sanaa save godhee kan inni qabatuudha. Faayilli kun sizeโ€™n isaa xiqqaa yammuu taโ€™u adeemsa keessa baayโ€™inaan yoo fayyadamnu guddachaa adeema.
3. Encryption : โ€“ hiikoon isaa โ€˜icciteessuuโ€™ jechuudha. Kunis encryption key fayyadamuudhaani.
4. Input :- waan nuti kompiitara ykn mobile keenya yeroo waa fayyadamuuf jennu kan ittiin ajajnudhaa. Fakkeenyaf; keyboard ,
mouse fi kkf.
5. Output :- kan nuti ajajnerratti hundaaโ€™uun buโ€™aa ajajaa keenyaa kan nuuf himan ykn dalagani dha. Fakkeenyaf; screen , speaker fi kkf.
6. CD burner :- CD duwwaa taโ€™an irratti waa barreessuu/feโ€™uu kan dandaโ€™u drive komputaraati. DVD burner kan jedhamus DVD duwwaa taโ€™anirratti kan barreessu/feโ€™u dha.
7. DVD-RW drives :- kunimmoo CD ykn DVD irratti waan barreeffame/feโ€™ame balleessee deebisee barreessuu kan dandaโ€™uudha.
8. Digital signature :- encryption fayyadamuun faayila/ergaa tokko nama sirrii nuti yaadnerraa kan ergame taโ€™uu kan ittin adda baafannudha. (mallattoo dijitaalaa jechuuni dandeenya)
9. Domain name :- Teessoo/address maqaa isaan ibsamu. Fakkeenyaf; marsaaritin keenya galuuf kan gargaaru
www.samitech.com kan jedhu kuni โ€˜Domain nameโ€™ jedhamee waamama. Fakkeenya biraa maqaakee.com yoo jedhees โ€˜Domain nameโ€™ jedhamee waamama.
10. Eraser :- kompiitara ykn bilbila irraatti faayiloota argaman guutummaan guutuutti balleessuu kan dandaโ€™uudha.
11. Free ware :- bilisaan kan argaman, haa taโ€™u malee akkaataa uumamasaa (source code) argachuuf sooftiweerota dhorkaawwan seeraa fi teeknikaa raawwatan
12. GPS :- gabaajeen isaa โ€˜Global Positioning systemโ€™ jedhama. Kuniis saatalaayitii fayyadamuun bakkaa fi yeroo waan barbaadamee beekuuf kan gargaarudha.
13. Hacker :- Nama dhiyoorra ykn fagoorra taaโ€™ee iccitii namaa kan hatuu fi tooโ€™annaa isaa jala oolchu.
14. IP address :- kompiitarri tokko interneetii ykn meeshaalee biroo qilleensarratti wajjin yoo wal quunnamuuf koodii addaa inni kennudha.
15. ISP : โ€“ Internet service provider jechuu yoo taโ€™u , Dhaabbata sarara tajaajila interneetii qopheessaniidha

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@Samitecno
@samitecno
@samitecno
@samitecno
#share
#like
#Coment.....@sami01bot
#MURTII

Jhon Maxwell kitaaba isaa - -amala 7n nama milkaa'aa, ja'u keessatti akkana nun je'a.

#murtii sirrii ta'e yeroo isaa malee (sirrii hin ta'initti) yoo murteessite FUDHATAMA DHABDA.

#Yeroo isaatti (sirrii ta'etti) murtii sirrii hin ta'in yoo murteessite Dogoggora keessa galta.

# yeroo sirrii hin ta'initti Murtii sirrii hin ta'in yoo murteessite kufaatif saaxilamta.

#murtii sirrii yeroo isaatti yoo murteessite milkaa'ina goonfatta.

@samitecno
@samitecno
Bilbilli android maaliif โ€˜App not installedโ€™ jedhee app keenya install gochuu dida?๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

๐Ÿ‘‰Furmaatn isaahoo maali?
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Appii haaraa tokko install gochuuf yoo jennu โ€˜App not installedโ€™ kan jedhuuf sababoota gurguddoo 8 qaba.
Isaanis:
App wal fakkaataan dursee jirachuu.
Android version bilbila keenyaan wal madaaluu dhabuu.
Rakkoo siistamaa (System problem) qabaachuu.
Kallattiin install taโ€™uu diduu.
Rakkoo โ€˜App preferanceโ€™
Teessoo appichaa.
Rakkoo โ€˜Package installerโ€™ yoo uumamu.
Free space dhabuu.
Sababootni isaa kan armaan olii yoo taโ€™u, furmaatni isaa kan armaan gadiiti.
1. Yeroo baayโ€™ee app tokko yammuu install gochuuf jennu โ€˜App not installedโ€™ jedhee kan nu didu Appii isa fakkaatu yoo jiraatudha. Kanaafuu Appii isa fakkaatu jalqaba uninstall gochuun balleessuu qabdu.
2. Appii haaraa install gochuu barbaaddan android version mobaayila keessaniirratti hojjechuu dhiisuu dandaโ€™a. Kanaafuu Appicha edit gochuu qabdu. Appii edit gochuuf stepi 5โ€™n armaan gadii sirnaan hordofaa:
Step 1 Appii maqaansaa โ€˜apk editorโ€™ jedhamu interneetii irraa buufadhaa.
Step 2 Apk editor install ergaa gootanii booda open godhaatii, โ€˜select apk from APPโ€™ kan jettu cuqaasuun โ€˜Common editโ€™ kan jettu seenaa.
Step 3 achi keessaa โ€˜Install locationโ€™ kan jettu default godhaa.
Step 4 Itti aansuun โ€œversion codeโ€ kan jettu jijjiraa. Koodicha yammuu jijjiirtan koodiin jijjiirame mobaayilicha kan madaale taโ€™uu qaba (Kanas Appii installed taโ€™eerraa ilaaltanii jijjiiruu ni dandeessu).
Step 5 Save gochuun install godhaa.
3. Mobaayilichi yeroodhaaf rakkoo sirnaa (Temporary System problem) yoo qabaate Appii haaraa install hin godhu. Kana furuuf immoo mobaayilicha restart/reboot godhaa.
4. Appii kallattiin install taโ€™u hin dandeenye ni jiru. Fakkeenyaaf,
Base.apk , Config-Archi.Apk jedhaman. kanaaf;
Appii akkanaa install gochuuf yoo cuqaasnu โ€˜Open withโ€™ jedhanii filannoo garagaraa fidu malee install kan jedhu hin agarsiisani. Appii akkanaa install gochuuf immoo appii maqaansaa โ€˜SAI (Split app installer)โ€™ jedhamu install godhadhaa. Itti aansuun app install taโ€™uu dide sanatti deebiโ€™aa. โ€˜Open withโ€™ jedhee filannoo garaagaraa yoo isiniif fidu โ€˜SAIโ€™ filadhaa. Kana booda โ€˜SAIโ€™ keessaan install gochuu dandeessu.
5. Setting bilbila keessanii seenuun โ€˜Reset app preferance godhaaโ€™. Kana gochuuf tartiiba kana hordofaa. Settings < Apps < menu (mallattoo sarara sadii) < Reset app preferances.
6. Appichi memory card irra yoo jiraate gara internal storage tti dabarsaa install gochuu yaalaa.
7. Rakkoo โ€˜Package installerโ€™ yoo uumamudha. Rakkoo kana furuuf tartiiba armaan gadii hordofaa: Settings < Manage apps < Package installer < Clear data and Clear cache
8. Mobaayilichi โ€˜Free spaceโ€™ gahaa qabaachuu adda baafadhaa. Yoo hinqabu taโ€™e app kan biroo uninstall godhaa ykn faayiloota gurguddaa bakka baayโ€™ee qabatanii jiran delete godhaa.
Akkam hordoftota sami tech har'aa barumsa bareeda tokko isiinif qabadheera
๐Ÿ‘‰akkamitti fb nama kan biraa buttaan (hack) akka itti gootan isiinif qabadheera barumsa qofaf
Xumurarratti subscribe gochuu hin dagatina
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtu.be/Cev--CDywUg
Forwarded from Odaa Electronics
Miimooriinkoo guute jechuun hafeera. 100GB tolaan moobayilii keessan irratti wanti isin argamsiisu dhufeera.
Wow app ajaayibaadha nii jaallattu video kanarraa ilaalaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtu.be/6IQpoHkuezI
Sami tech
Facebook yoo baayyistuu fi Abbaa kee

Abbaa: Adaraa ilmako akkaataan itti facebook gargaaramtu kun gaarii miti yoo sitti hafehoo...?
Ilma: Abbaa ko comment kee fudhadheera. Garuu yoo mara online ta'uun maal rakkoo qaba.
Abbaa: Rakkoo qaba malee, Yeroo dheeraa facebook gubbaatti dabarsuu keerraan kan ka'e Aadaa dagattee jirta beeki..
Ilma: Hin dogoggorin abba an aadaa sirriittin beeka.
Abbaa: Mee erguma beeka jettee duraa duuba ittiin hoolaan qalamu natti himuu ni dandeessaa?
Ilma: Abba kun cimeetiiree..? Jalqabarra gabaa deemtee search goota..
Abbaa: Ni barbaadda jechuu keetii?
Ilma: Eeyyee abba.
Abbaa: Tole achiihoo..
Ilma: achiin booda mana fiddee lafarratti download goota.
Achiin boodas morma isaa cut gootee, gogaa isaa irraa remove goota..
Achiin booda garaasaa open gochuun applicationoota achi keessa jiran hunda gadi baasta.
Abbaa: ohoo.. kee raajuma itti aanseehoo..
Ilma: Itti aanseemmoo application baasne sana Foldera keessa keenya
Abbaa: Gabataa gubbaa goona jechuu keetii.. achiihoo
Ilma: Achiimmoo gosa foonii like goone filannee garaa keenyatti possatuudhaka abba..
.
.
.
.
.
.
.Abbaa: Waan tokko dagatte ilmako.. warri ollaa keenyaa share akka godhanitti invite gochuu qabna๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜
......

Maal eegduree?
Share
Invite
๐Ÿ‘๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘
@samitecno
@samitecno
#Basic_computer_Questions
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

1. The length of IP address is? Ans. 32 bits
2. Facebook was launched in? Ans. 2004
3. The docx file contains? Ans: MS Office Word
4. The file extension DLL stands for? Ans. Dynamic Link Library
5. The extension of a MS Access Database is? Ans. mdb.
6. The key combination used to permanently delete a file from Windows computer? Ans. Shift + delete
7. Shortcut Key to open a new document is? Ans. Ctrl + N
8. Data is permanently stored in? Ans. Hard Disk
9. What are the steps to upgrade a 32-bit version to a 64-bit version of Windows? Ans. It cannot be upgraded
10. To change a lowercase letter to uppercase and uppercase letter to lowercase select? Ans. Sentence Case
11. CSS stands for: Ans. Cascading Style Sheets
12. The general format of the URL is as follows: Ans. type: // Address /path /
13. The computer abbreviation โ€œOSโ€ stands for: Ans. Operating System
14. The shortcut key to delete a file without sending to recycle Bin is: Ans. Shift + Del
15. How many versions of Windows 8 for PC have been released? Ans. 3 versions
16. A group of 8 bits is called: Ans. Byte
17. To subscript a text, shortcut key is: Ans. Ctrl + <
18. The file extension .jsp stands for: Ans. Java Server Page
19. What is the full form of WWW? Ans. World Wide Web
20. The microphone converts the sound into: Ans. Electrical Signals
21. A device which connects multiple nodes to the network is: Ans. A hub
22. Windows 7 was released in which year?
23. What is Windows XP? Ans. An operating system
24. ATM stands for: Ans. Automated Teller Machine
25. Which one of these is used to find information on World Wide Web? Ans. Search Engine
26. โ€œ.gifโ€ is an extension of which type of file? Ans. Image
27. Who is the founder of IBM Company? Ans. Thomas J. Watson
28. Volatile Memory is: Ans. Ram
29. When you delete an object, Windows XP sends it to: Ans. Recycle Bin
30. A folder in windows c canโ€™t be made with the name: Ans. Con/Com1/Com2/Com3

แˆผแˆญ โ•โ•โ•โ—‰โ–โ—‰โ•โ•โ•โ•โ•
@samijesus
@samijesus
๐Ÿ‘1
IMG_20200525_091105.jpg
59.5 KB
Etiyootelecom tajaajila adda addaa irratti foyyaโ€™insa gatii godheera.
Haaluma kanaan interaneeti harka 35%, tajaajila kuufamaa mana keessan turaa irratti 59%, kuufama sagalee irraa 29 % hiriโ€™ifamuu ibsee kunis boru Hagayya 21,2012 irraa kaasee hojii irra akka oolu ibsame.

@samitecno
.
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Šโ€Š
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘
๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Š
๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Šโ€Š
๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Šโ€Š
๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Šโ€Š
๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Šโ€Š
๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Šโ€Š
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘

๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Šโ€Š
๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘
๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘
๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘
๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘
๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘
๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Šโ€Š
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘

๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Š
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Šโ€Š
๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘
๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Š
๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Š
๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Š
๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Š
๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Š
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘

๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Šโ€Š
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘
๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘โ€Šโ€Š
๐Ÿ‘๐Ÿ‘
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Š
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Š
๐Ÿ‘๐Ÿ‘
๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘โ€Šโ€Š
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ โ€Šโ€Š