COD-ET®
20.3K subscribers
615 photos
32 videos
122 files
535 links
#COD-ET 🇪🇹

💻 Code • Learn • Build
🚀 Ethiopia’s growing developer community

🎯 Tech tips | 💡 Learning | 🌐 Web & Apps | 🎨 Design | 💼 Online opportunities

We build. We learn. We grow. Together.

Smart Code. Smart Security. Ethiopian Soul
Download Telegram
#websayitoota 💻?& &📲
barbaachisoo

💢bilbiilaf ykn PCdhaf apk akkasumas gemi bufaachu dandeessu websayiti kana gadii seenun baafadha ⬇️⬇️⬇️

bilbilootaf 📲

1. rexdl.com (mods, apk, obb)
2. apkpure.com (original, full apk)
3. apkreal.com (mods, apk, obb)
4. oceanofapk.com

kompiteeraf 💻

1. fougamers.com (crack, mods, DLCs)
2. dzrepackteam.com (crack, mods, DLCs)
3. Oceanofgames.com
4. softonic.com

Credit: ethio_techs

✤Join 📱 @samitecno 🖥
@fikatech DataEye.apk
4.8 MB
Bilbila guyyaa guyyaan yeroo fayyadamnu keessatti osoo hin beekin miidhaan gurguddaan battalatti ykn suutaan nurra gahuu danda’an hedduutu jiru. isaan keessaa yeroo baay’ee irra deddeebiin kan mul’atan fi of eeggannoo gochuu qabnu akka armaan gaditti ilaalla.
● Yeroo roobni roobu bilbila keessan flight/airplane mode irra kaa’aa
● FM Radio Earphone dhaan hin dhaggeeffatinaa. Sababnisaas ‘Electromagnetic radiation’ FM ittiin hojjetu karaa earphone sanaan sammuu keenyarra suuta suuta miidhaa waan geessisuuf
● Bilbila chaarjiirra keessanii homaa tokkollee hin faayyadaminaa. Keessumaa chaarjiirratti wifi-calling , bilbila kallattii fi Game taphachuurraa jabeessinee of eeguu qabna.
● Earphone dhaan muuziqaa yoo dhaggeeffattan Equalizer fayyadamuun ‘Bass’ irraa godhaa dhaggeeffadhaa. Sababnisaas akkasumatti yoo dhaggeeffanne sagalee qal’aa earphone keessaa sun gurra keenyaa wajjiin waan wal hin madaalleef gurra keenya dhukkubsuu danda’a.
● Meeshaalee ‘magnetic field’ gurguddoo ta’an biraa bilbila keessan fageessaa.
Chaarjiin bilbila keenyaa Low yeroo ta’utti faayyadamuu dhiisuu amaleeffachuun gaariidha. Sababnisaas yeroo kanatti calaqqeen isaa dabaluun ija keenyarraan miidhaa gahuu danda’a.
● Bilbila yammuu haasoftan Gurra keessanitti hin maxxansinaa , hamma 5cm gurra keessanirraa butuun haasa’aa. Kuniis calaqqee electromagnetic radiation sammuu keessan irraa ittisa.
● Yeroo rafuuf jettan bilbila keessan ‘airplane mode’ irra kaa’aa rafaa ykn meetira 2 fi isaa ol ofirraa fageessaa kaa’aa. Kuniis halkan osoo raftanii yoo bilbilame light fi calaqqeen isaa ijaa fi sammuu keessan miidhuu waan danda’uufi.
● Haadholii ulfaaf electromagnetic radiation kun dhibee alaarjikii itti fiduu waan danda’uuf haadholiin ulfaa yeroo dheeraa haasawuu fi irra deddeebiin bilbila haasawuu hir’isaa.
● Bakka meeshaan sibiilaa baay’atutti jechuun kan akka konkolaataa, xiyyaaraa, baaburaa, bakka hojii sibiilaa fi garaajiitti yoo baay’ee isin barbaachise malee bilbila hin haasayinaa. Yoo haasoftanis yeroo dheeraa hin haasayinaa.
● Keessumaa ijoollee umrii waggaa 15 gadii osoo bilbila faayyadamuu dhiistanii gaariidha. Ta’uu baatus yeroo muraasa qofa fayyadamaa. Calaqqeen elctromagnetic sun seelii sammuu keessanii baay’ee waan miidhuuf dhibee kaansarii sammuufillee isin saaxiluu danda’a.
● Biyyoota guddatan keessatti ijoolleen umrii waggaa 15 gadii baay’inaan kan du’an sababa kanaatiini.
● Kanaafuu, maatiin ijoollee keessan waggaa 15 gadii darbee darbee yoo ta’e malee yeroo hunda akka bilbila faayyadaman hin hayyaminaafii.
Qajeelfamoota jiran haalaan yoo hordofne bilbila keenya rakkoo osoo nurraan hin gahin fayyummaa keenya eeggannee fayyadamuu ni dandeenya. Kanaan ala suuta suuta ykn battalatti miidhaa nurraan gahuu danda’a. irraa of tiksaa maatifi hiriyoota kessaniis tiksaa.

@samitecno
@free_ICT_group
Forwarded from Leka Printing®️ (丹 乃 刀 工 ツ)
ETH TEL Mossaji Tajaajiloota ethiotelecom Akka Salphaati akka isin fayyadamtaniif Kan qopha'e dha

Mossaji Kana Fayyadamuun Ethio Gabataa irra Kuufama kannen akka
- Tajaajila Kuufamaaf
- Kuufama Ganamaa
- Kuufama Fayyadhaan Tura
- Piriimiyemii Hin Daangeffamne
Haaluma salphaa taheen Bitattanii akka itti fayyadamtan isiin dandesissa.

Kana malees Mossaji kana fayyadamuun
- Hafte Herrega kessan beekuf
- Herrega kessan guutuf
- Herrega waliif Qodduf
- fi deebisa naf bilbila
Tajaajiloota kana haaluma salphaa tahen ni fayyadamtu.

Tajaajiloota Dabalata Kannen akka
- Tajaajila Liqii
- Waamicha Dabarsuu
- Waamicha Tursiisuufa
Haaluma salphaa tahen ni fayyadamtu

Egaa ammuma Link Kana cuqaasuun Fuula Play Store irra Buufachun itti Gargaaramuu ni dandessu. Galatooma

https://play.google.com/store/apps/details?id=eth.tel.com
👍1
Technology is cool
@geeztechgroup
🟢ቢትኮይን ምንድን ነው? | እንዴት ይሰራል | BLOCK CHAIN ምንድን ነው? |2021 Bitcoin Ethiopia
🤑🤑what is Bitcoin, How Can we get it, How does it work, Does it work in Ethiopia, All are answered in the video 🙀🎃

Don't forget to #Subscribe #Like #Share

የታችኛውን link በመጫን ይመልከቱ
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Youtube:
https://youtu.be/oDUYRF9lAQE

Channel: https://www.youtube.com/channel/UC7QXpxK4TtQR5urt6vJW9qg?sub_comfirmation=1
👍2
Forwarded from Nathan Sintayehu
📡📡Saatalaayitiin [Ethiosa] itoophiyaan dhiyeenya gadi lakkifte irratti televiizhiinnooni Kallattiin tamsa'an kanneen armaan gadiiti

FERQUENCY 11105 H 45000
11165 H 45000
11545 H 30000
10985 H 45000
Firikuweensiiwwan kanniin irratti jechuudha📡

1.🖥 EBS HD
2.🖥 EBS MUSICA SD
3.🖥 EBS CINEMA SD
4.🖥 EBS SD
5.🖥 Sodere TV HD
6.🖥 ETV News HD
7.🖥 ETV News SD
8.🖥 ETV Languages SD
9.🖥 ETV ENTERTAINMENT SD
10.🖥 AMHARA TV HD
11.🖥 Amhara TV SD
12.🖥 Amhara TV2 SD
13.🖥 FANA HD TV
14.🖥 FANA SD TV
15.🖥 Afri Health HD
16.🖥 Hagerie Tv HD
17.🖥 TV Ethiopia HD
18.🖥 Addis TV HD
19.🖥 Addis TV SD
20.🖥 ARTS TV HD
21.🖥 WALTA TV HD
22.🖥 ESAT HD
23.🖥 NBC Ethiopia TV HD
24.🖥Tigrai TV HD
🖥Tigrai TV SD
25.🖥Hornsat Islamic
26.🖥Hornsat Music
27.🖥Hornsat Seires
28.🖥Hornsat Hindi
29.🖥Hornsat Drama
30.🖥Hornsat Kids
31.🖥Hornsat Sport
32.🖥 MOE SD
33.🖥 Dire Tv SD
34.🖥 SRTV SD
35.🖥 Afar TV SD
36.🖥 South TV SD
37.🖥 OBN HD
38.🖥 OBN SD
39🖥 OBN Sd
40.🖥 Amhara TV Sd
41.🖥 South TV Sd
42.🖥 ARTS Sd
43.🖥 Balageru Sd
44.🖥 EBS Sd
45.🖥 FANA TV Sd
46.🖥 Walta TV Sd
47.🖥 Ahadu TV HD
48.🖥 ASRAT Media House SD
49.🖥 Balaguru SD
50.🖥 Ethiopia Lijoch SD
51.🖥 CNBC Africa SD
52.🖥 ETHIOSAT DEMO SD
53.🖥 ETV News SD
54.🖥 ETV Entertament SD
55.🖥 ETV Language (ETV VOT) SD
56.🖥 Ahadu TV
57.🖥 RT News SD
58.🖥 RT Docmentary SD
59.🖥 TRT World SD
60.🖥 NHK World japan SD
61.🖥 France 24 ( in English ) SD
62.🖥 Black Max SD
63.🖥 TIVI5MONDE SD
64.🖥 TV5MONDE AFRIQUE SD
65.🖥 Fight COVID-19 SD
66.🖥 Harari Edu TV SD
67.🖥 Oromia Edu TV SD
68.🖥 Tigray Edu TV SD
69.🖥 Somail Edu TV SD
70.🖥 BG Edu TV SD
71.🖥 Amhara Edu TV SD
72.🖥 SNNP Edu TV SD
73.🖥 Moaa TV SD
74.🖥 Elshaddai Television SD
75.🖥 Gospel TV SD
76.🖥 CM TV SD
77.🖥 Winners Way TV SD
78.🖥 Jesus Wonderful SD
79.🖥 OCN TV SD
80.🖥 River TV SD
81.🖥 Jesus TV Ethiopia SD
82.🖥 Evangelical TV SD
83.🖥 7SPIRITS TV SD
84.💻Mbc 2
85.💻Mbc action
86.💻Horn sport 2
87.💻Horn sport 3
88.💻Horn sport 4



Yaaadaf👉 @OROMOOFFICIAL_BOT

SHARE godhuuf👉 💥SHARE 💥
🌲🌲🌲🌲🌲 Нαρρу ᴄнʀιѕтмαѕ!! Вαgα Gєєѕѕαи!! Вαgα Gαммαᴅᴅαи!! 🌲🌲🌲🌲 ▬▬▬▬▬▬▬▬ Baga Guyyaa Dhaloota GOOFTA KEENYA YESUUS KRISTOS Nagaan Geesse.
🌍AJAA'IBA INTARNEETII IRRAA🌇

Dark Web ykn Deep Web maalidha?

Diippi Weeb/Daark Weebiin kutaa interneetii isa dhokataa yoo ta’u, namni kamiyyuu salphaatti Google, Yahoo, Bingirratti fayyadamuu ykn argachuu hin danda’u.
Amma interneetii nuti fayyadamnu kun surface web jedhama.

DiippiWeebiin Domain (.net, .com, .org, .edu, et…) mataasaa danda’e qaba. Innis .onion dha!

Liinkiisaa dura https osoo hin taane http jedhee jalqaba. Sababni isaas, (s) kan agarsiisu marsariitota ‘secured’ ta’an waan ta’eef, innimmoo ‘secured’ waan hin taaneef hin fayyadamu.

Doomeenii .onion kana, kana dura ‘surface web’ irratti argitanii hin beektani! .onion mataasaatii kan ‘internet DNS root’ miti. Yokaan immoo kanneen akka .com, .net, .edu, .org fi kkf faana salphaatti hin lakkaawamu.

💻Diippi Weeb/Daark Weebiirra wanti haaraan maaltu jira?

Wantoota nama dhibanii fi dhageessanii hin beeknetu asirratti raawwatama. Gocha badii xixiqqaa irraa hanga gurguddaatu keessatti argama. Fkn,

-Meeshaaleen waraanaa irratti ni gurguramu!

-Qorichoonni sammuu namaa adoochan, keemikaalonni fi kkf irratti ni gurguramu!

-Digirii sobaa, Dippiloomaa sobaa irratti ni hojjetamu!

-Paaspoortii sobaa, eeyyama konkolaachisummaa sobaa irratti ni hojjetamu!

-Qaamni namaa ni gurgurama (Kalee…)

-Qorannoo fi barreefamoonni eebbaa irratti dalagamu!

-Fiilmonni wal-qunnamtii saalaa ni gurguramu!

-Sooftiweerotaa fi Hardiweerota hatuxxee (Hacker) ciccimoo ta’an ni gurguramu!

-Gurgurtaa kireediit kaardii (Visa, MasterCard, Amex…)

-Sooftiweerota seeraan alaa!

-Fiilmota hataman!

-Kiraayii hatuxxeewwanii (maallaqaan walii galuudhaan waan tokko akka isiniif cabsan gochuu)!

-Jechoota darbii (password) dhaabbatoota gara garaa!

-Meeshaalee Kontirobaandii (elektirooniksii, uffata, kopheewwan gatii baayyee gadi bu’aa ta’een)

-Barumsoota hackers nama godhan ciccimoo!

-Wantoonni hin taanes keessatti ni argamu (Red Room, ISIS…)

👌Hubaachiisa: Beekumsa walii galaaf isinii himaa jirra malee Daark weeb ykn Diipp weeb dhaqaa jechaa hin jiru!

#Utuma jennuummoo, fayyadamtoonni Daark Weebii dhibbantaa 75 (75%) kan ta’an Hatuxxeewwan (Hackers) dha! Laptopi ykn kompiitara kee kan hojii itti hojjattuun garas imaluun goonkumaa sirraa hin eegamu. yeroo hedduu namoonni Laptopi/kompiitara hojii dhaabefi kana booda itti hin faayyadamu jedhaniin garas imalu.

#Wantoota kanaa olitti caqasne hunda, bituufis ta’e gurguruuf ‘Bitcoin’fayyadamu! Sababni isaas, bittaaf gurgurtaan yeroo raawwatu karaa baankii yoo ta’e, carraan qabamuu isaanii bal’aa waan ta’uufidha.

#Karaa ‘Bitcoin’ yoo ta’e garuu, tasayyuu hin qabaman, Eenymmaan isaanitis hin beekamu.

👌Of eeggannoo guddaadhan browser fayyadamtanii liinkii armaan gadii kanaan seenuu ni dandeessuu ━━━━━━━━━━━━━
👺Liinkiwwan kana hundaayyuu barnoota qofaaf fayyadamaa⚠️

🔻Dark web search engines

1.Torch
Link: http://xmh57jrzrnw6insl.onion/

2. Not Evil
Link: http://hss3uro2hsxfogfq.onion/

3. Ahmia
Link: http://msydqstlz2kzerdg.onion/

4. Haystak
Link: http://haystakvxad7wbk5.onion/

5. DuckDuckGo
Link: http://3g2upl4pq6kufc4m.onion/

6. Searx
Link: http://5plvrsgydwy2sgce.onion/

7. Tor Links | .onion Links List
Link: http://torlinkbgs6aabns.onion/

8. Grams
Link: http://grams7enufi7jmdl.onion/

💯SHARE
👍1
Forwarded from Sami①
🆕Gaffii
@samitecno
1.Kanneen armaan gadii kessaa kamtu domain deep web kan ta'ee kami?
Anonymous Quiz
30%
.org
35%
.Com
19%
.Onion
16%
.net
Forwarded from 
#የዳታ_መቆጣጠሪያ_አፕሊኬሽን_ልጠቁማችሁ

በሞባይል ስልካችን ኢንተርኔት ስንጠቀም የሚያሳስበን ዋናውና ትልቁ ነገር የዓየር ሰዓት(የሞባይል ካርድ) ወጪ ነው፡፡ የሞባይል ካርድ እየሞላን #ፌስቡክ#ዩቲዩብ#ኢንስተግራም#ቴሌግራም እና አንድ አንድ መረጃዎችን ብራውዝ እናደርጋለን፡፡

ነገር ግን ይበቀኛል ብለን የሞላነው የሞባይል ካርድ(በጥቅል መልኩም ይሁን በመደበኛ) ድንገት ሙልጭ ብሎ ያልቅና ያበሳጨናል፡፡

ለምንድን ነው የሞላነው ሞባይል ካርድ ቶሎ የሚያልቅብን?

1ኛ፡- የዓየር ሰዓትና የኢንተርኔት ጥቅል ዋጋ ውድ በመሆኑ፣

2ኛ፡- የኛ የአጠቃቀም ችግር፦

የመጀመሪያው ችግር አሁን ለግዜው ምንም ማድረግ አንችልም፡፡ ሁለተኛው ምክንያት ማለትም የኛ የአጠቃቀም ችግር ግን ማስተካከል ይቻላል፡፡

የአጠቃቀም ችግር ማለት ምን ማለት ነው?

ኢንተርኔት ስንጠቀም ቢያንስ 4 ዓይነት ኮንተንቶችን ብራውዝ እናደርጋለን፡፡ እነሱም #ቪዲዮ#ፎቶ#ሙዚቃ(ድምፅ)፤#ፁሁፍ ሊሆኑ ይችላሉ፡፡እነዚህ ኮንተንቶች ዳታ አጠቃቀማቸው ይለያያል፡፡ ለምሳሌ #ቪዲዮና #ፎቶ እኩል ዳታ አይጠቀሙም፡፡#ቪድዮ የበለጠ ዳታ ይጠቀማል፡፡ስለዚህ #ቪዲዮ ውድ ነው ማለት ነው፡፡በተመሳሳይ መልኩ በኢንተርኔት #ሙዚቃ ከማዳመጥ እና የተለያዩ #ፁሆፎች ከማንበብ፤ሙዚቃ ማዳማጥ ይበልጥ ሞባይል ካርዳችንን ይበላል፡፡

ስለዚህ ኢንተርኔት ስንጠቀም የሞላነውን ካርድ የሚበሉብን ኮንተንቶች በቅደም ተከተል የሚከተለውን ይመስላሉ፡-

1ኛ፡- #ቪዲዮ
2ኛ፡- #ፎቶ
3ኛ፡- #ፁሁፎች

የሆነ ፁሁፍ ለማንበብ ብለን ሞባይል ካርድ ሞልተን ኢንተርኔት መጠቀም ስንጀምር ፁሁፉን ትተን ቪዲዮ ማየት ከጀመርን(ቪዲዮ ብዙ ይበላል) ካርዱ ሲያልቅ ያሰብነውን ስላላረግን ያበሳጨናል፡፡

ስለዚህ ማቀድ ያስፈልጋል፡፡ከዚያም ያቀድነውን ማድረግ ያስፈለጋል ማለት ነው፡፡

ሞባይል ካርድ ሞልተን ኢንተርኔት ብራውዝ ስናደርግ ያቀድነውን ለማድረግ ዳታችንን መቆጣጠር ይኖርብናል፡፡ዳታ መቆጣጠር ማለት ለምሳሌ 1Gb ኢንተርኔት ጥቅል ሞልታችሁ ከሆነ ኢንተርኔት መጠቀም ስትጀምሩ ለምሳሌ ፌስቡክ ብራውዝ አድርጋችሁ ስትጨርሱ ከ1Gb ውስጥ ምን ያህል ቀረኝ የሚለውን መቆጣጠር ማለት ነው፡፡

የሞላችሁት የኢንተርኔት ጥቀል ለመቆጣጠር “Internet Speed Meter Lite” የሚባል አፕሊኬሽን አለ፡፡ ነፃ ነው፡፡ አፕሊኬሽኑን ዳውንሎድ ታደርጉታላችሁ፡፡ ከዚያ ስታስነሱት ዳታችሁን ይቆጣጠርላችኋል ፡፡

ይህ አፕሊኬሽን ፡-

1ኛ፡-ምን ያህል ዳታ እንደተጠቀማችሁ ወይም እየተጠቀማችሁ መሆኑን ይነግራችኋል፣

2ኛ፡-የትኛው አፕሊኬሽን ብዙ ዳታ እየበላባችሁ እንደ ሆነ ይነግራችኋል፡፡..ወዘተ

ስለዚህ በዚህ ዓይነት መልኩ ዳታችሁን እየተቆጣጠራችሁ እና እየቆጠባችሁ በመጠቀም ቢያንስ የሞላችሁትን ሞባይል ካርድ ድንገት ሙልጭ ብሎ ከማለቅ ትድናላችሁ፡፡

የአፕሊኬሽኑ ሊንክ ይሄው፡-
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.internet.speed.meter.lite

#ሼር_ይደረግ

የዩቲዩብ ቻነሌን እግረመንገዳችሁን። ሰብስክራይብ አድርጉ 👇

https://www.youtube.com/channel/UC4wKYtlpQsrE-IgeRgSWl2Q

Credit: dotcomtvshow

Join 📱Abyssinia techs 🖥
💪jechoota afaan Ingiffan gabajee ta'aan hiika isaani waliin
@samitecno

🔺PAN - Permanent Account Number.
🔺PDF - Portable Document Format.
🔺SIM - Subscriber Identity Module.
🔺ATM - Automated Teller Machine.
🔺IFSC - Indian Financial System Code.
🔺Wi-Fi - Wireless fidelity.
🔺GOOGLE - Global Organization Of Oriented Group Language Of Earth.
🔺YAHOO - Yet Another Hierarchical Officious Oracle.
🔺Window - Wide Interactive Network
Development For Office Work Solution.
🔺Computer - Common Oriented Machine.Particularly United And Used Under Technical And Educational Research.
🔺Virus - Vital Information Resources Under Siege.
🔺UMTS - Universal Mobile Telecommunications System.
🔺AMOLED - Active Matrix Organic Light Emitting Diode.
🔺OLED - Organic Light Emitting Diode.
🔺IMEI - International Mobile Equipment Identity.
🔺ESN - Electronic Serial Number.
🔺UPS - UnInterruptible Power Supply.
🔺HDMI - High Definition Multimedia Interface.
🔺VPN - Virtual Private Network.
🔺APN - Access Point Name.
🔺LED - Light Emitting Diode.
🔺DLNA - Digital Living Network Alliance.
🔺RAM - Random Access Memory.
🔺ROM - Read Only Memory.
🔺VGA - Video Graphics Array.
🔺QVGA - Quarter Video Graphics Array.
🔺WVGA - Wide Video Graphics Array.
🔺WXGA - WideScreen Extended Graphics Array.
🔺USB - Universal Serial Bus.
🔺Wlan - Wireless Local Area Network.
🔺PPI - Pixels Per Inch.
🔺LCD - Liquid Crystal Display.
🔺HSDPA - High speed DownLink Packet Access.
🔺HSUPA - High-Speed Uplink Packet Access.
🔺HSPA - High Speed Packet Access.
🔺GPRS - General Packet Radio Service.
🔺EDGE - Enhanced Data Rates For Global Evolution.
🔺NFC - Near Field Communication.
🔺OTG - On The Go.
🔺S-LCD - Super Liquid Crystal Display.
🔺OS - Operating System.
🔺ACER - Acquisition Collaboration Experimentation Reflection.
🔺RSS - Really Simple Syndication.
🔺TFT - Thin Film Transistor.
🔺AMR - Adaptive Multi-Rate.
🔺MPEG - Moving Pictures Experts Group.
🔺IVRS - Interactive Voice Response System.
🔺SNS - Social Network Service.
🔺HS - HotSpot
🔺POI - Point Of Interest.
🔺GPS - Global Positioning System.
🔺DVD - Digital Video Disk.
🔺DTP - Desktop Publishing.
🔺DNSE - Digital Natural Sound Engine.
🔺OVI - Ohio Video Intranet.
🔺CDMA - Code Division Multiple Access.
🔺WCDMA - WideBand Code Division Multiple
Access.
🔺GSM - Global System For Mobile Communications.
🔺DIVX - Digital Internet Video Access.
🔺APK - Authenticated Public Key.
🔺J2ME - Java 2 Micro Edition.
🔺SIS - Installation Source.
🔺DELL - Digital Electronic Link Library.
🔺GIS - Geographic Information System


@samitecno
@free_ICT_group
Forwarded from Sami①
Kannen armaan gadii gabaaje isaani jechaa isaani waliin walitti firomsi
@samitecno
1.SIM?
Anonymous Quiz
26%
A.Subscriber interest module
13%
B.Subscriber identity move
54%
C.subscriber identity module
7%
D.except C
Gaaffiwwaan kan akka kana olii akka isiniif dabalaman warri barbaaddan 👍
Forwarded from 
📌ለጠቅላላ እውቀት ከታች የተዘረዘሩት ማን እንደሆነ መስራቾቹን አስቀምጬላችኋለው።

1. Google— Larry Page and Sergey Brin

2. Facebook— Mark Zuckerberg

3. Yahoo— David Filo and Jerry Yang

4. Twitter— Jack Dorsey and Dick Costolo

5. Internet— Tim Berners Lee

6. LinkedIn— Reid Hoffman, Allen Blue and
Koonstantin Guericke

7. Email— Shiva Ayyadurai

8. Gtalk— Richard Wah kan

9. Whats up— Laurel Kirtz

10. Hotmail— Sabeer Bhatia

11. Wikipedia— Jimmy Wales

12. You tube— Steve Chen, Chad Hurley and JawedKarim

13. Rediff— Ajit Balakrishnan

14. Nimbuzz— Martin Smink and Evert Jaap Lugt

15. Myspace— Chris Dewolfe and Tom Anderson

16. Ibibo— Ashish Kashyap

17. OLX— Alec Oxenford and Fabrice Grinda

18. Skype— Niklas Zennstrom,JanusFriis and Reid
Hoffman

19. Opera— Jon Stephenson von Tetzchner and Geir
lvarsoy

20. Mozilla Firefox— Dave Hyatt and Blake Ross

21.Telegram-was started in 2013 by the brothers Nikolai and Pavel Durov.

የዩቲዩብ ቻነሌን እግረመንገዳችሁን። ሰብስክራይብ አድርጉ 👇

https://www.youtube.com/channel/UC4wKYtlpQsrE-IgeRgSWl2Q

Join 📱Abyssinia techs 🖥
Bilbiloota network Fi internet hojjechuu didaanif furmata 👇👇

Bilbilli tokko rakkoo netoorkii qaba kan jennu yoo kanneen armaan gadii agarsiisedha. No service ,
Emergency call , Registration failed