COD-ET®
20.2K subscribers
625 photos
35 videos
122 files
537 links
#COD-ET 🇪🇹

💻 Code • Learn • Build
🚀 Ethiopia’s growing developer community

🎯 Tech tips | 💡 Learning | 🌐 Web & Apps | 🎨 Design | 💼 Online opportunities

We build. We learn. We grow. Together.

Smart Code. Smart Security. Ethiopian Soul
Download Telegram
📢Chaanaalii keenya sami Tech® irraa wantoota Teknooloojii wajjin walqabatan Afaan Oromootiin barnoota hedduu ni argattu! Isaan keessaa muraasni: -

Beekumsa bal'aa waa'ee Teknooloojii isin barsiisna!
Akkaataa ittiin 'social media' cabsan ykn 'hack' godhan isin barsiisna!
Kanneen akka FB, IMO, WhatsApp, Email, Mobile card fi kkf akkaataa ittiin cabsuu dandeessan ibsa bal'aa waliin isin barsiisna!
Moosaajiiwwan haaraa waliin wal isin barsiisna!
Viidiyoolee isin bashannansiisan isiniif maxxansina!
Addunyaa Teknooloojii keessa isin jiraachisna!!

📌Maarree warreen Email qabdan akka maamila nuuf taatan kabajaan isin gaafanna!!

👇👇👇👇👇👇👇👇

🔰Link (geessituu) kanaan seenaatii subscribe godhaa🔰


https://www.youtube.com/channel/UCqa_w-cdWthtKZDB86O9ADw
Forwarded from Super Oromo sport (Abdii)
Eessa jirtaan gadi dhiifameera share godhi
Liinkiin kunooti https://youtu.be/r2W_g5l83aQ
kan teedii afiroo guyyatti nama miiliyoona tokkotu ilaale kun xiiqiidha Share godhi group kee hunda keessatti
Share itti roobsi kan teedii share kuma digdamaa ol qaba atis group kee hundatti share godhi.🙏
👆👆👆👆👆

#UPDATE

Dhohiinsa Libanoon Beerut keessatti kaleessa muudateen hanga ganama har'atti (Roobii) lubbuun namoota 100 ol darbuu akkasumas namoonni 4,000 ol madaa'aniiru jechuun 'CGTN Africa' gabaaseera.

📷: CGTN
@samitecno
@samitecno
Powered by @Manybot
Nama rabbii isaa hin sodaanne sodaadhu.
Jech. Arabootaa
@samitecno
#MinistryOfEducation❗️

Ministeerri Barnoota barattoonni bilisaan akka kutaa itti aanutti darbaniif murtee dabarsee ifaa godhe.

Sababa weerarri COVID-19 muudateen wal qabaatee murtee barattoonni bilisaan gara kutaa itti aanutti akka darbaniif bahee naannoolee hundaa fi Bulchiinsa Magaalaa lamaaniif erguu Ministeerri Barnoota beeksiseera.

Ministeerichi marii naannoolee fi bulchiinsa magaalotaa waliin godhen barattootaa kutaa 8ffaa fi 12ffaan alaa barattoonni hundinuu bilisaan gara kutaa itti aanutti akka darbaniitti ilaalamuun barnoota isaanii addaa ciites bakka buusuun akka itti fufan murtee dabarsuun ni yaadatamaa.

@samitecno
@samitecno
Forwarded from Media Ko
#IttiqaaTafarii

Artiist Ittiiqaa Tafarii irratti yaalin ajjeechaa godhame hin jiru jedhame.

Ittiqaa Tafarii dhibee koroonaan qabamuun galma barkumeetti yaala irraa kan jiru yoo ta'uu; guyyaa inni vaayirasichan qabamee eegalee bilbilaan hordofaa akka jiruu hiriyaa isaa Lij Yaareed fuula feesbuukii isaa irratti maxxanseera.

"Galma barkumee keessatti yaalamaa osoo jiruu ala irraa meeshaa qara qabu gara keessaa yeroo galchuuf yaalan namoonni argamnaan guyyaa itti aanu nageenya keef yaadda'uurra gara manaa si geessinee deddeebinee si yaalla jedhanii ogeeyyonni fayyaa mana isaatti yaala gochaafii jiru malee hoomtuu Ittiqaa irraa hin geenye." Lij Yaareed

Fayyummaan Artiist Ittiqaa Tafarii yeroo amma haala gaarii irraa akka jirus Lij Yaareed beeksiseera.

Itti dabaluun Lij Yaareed namoonni yaaddoo hedduu keessa turtan dhugaan jiru kanuma jechuun ragaa baheera.

@GadaaMagazine
@GadaaMagazine
Gamni gorsa dhagaha by @samitecno

Dargagummattii wanti ani yaadu hunduu sirriidha yaada jedhu keessa bahi, waan hundayyuu arge malee hin amanu hin jedhiin, dhagahanii amanuun, warra dogongorerra barachuun hubannaa ta'uusa hin dagatiin!

Beekumsa nama waggaa 80 argachuuf dirqama umuriinke 80 ta'uu hin qabu, warra umuriin isaani 80 guute hubannan dhaggeeffadhu
gorsa yoo dhaggeffatte tola baratta, gorsa dhagahuu yoo didde garuu gatii kanfaltee akka barattu beeki, gatii kanfalanii barachuun dadhabsiisaa akkasumas nama gaabbisisa
gamna yoo taate waan namarra gaheerraa baratta gowwaa yoo taate garuu gaafa sirra gahu irraa baratta
waan agarte mul'isi, waan sitti hin mul'atiin dhiisi, waan sirritti hin hubanne hin barsiisiin, waan hin dhamdhamiin nama hin afferiin, waan dhageesse hunda hin amaniin, waan haasofte hundaan sirridha hin jedhiin

kan laatte irranfadhu malee hin odeessiin, dhumasaa osoo hin argiin galata hin bayisiin, osoo aduun hin dhihiin guyyaan kun bareedadha hin jedhiin
ijjike waan fulduraan argamu yoo yaadeyyuu garaanke boodasaa waan dhufu ha yaadu, waan boriirra akka geessuf isa kaleessa in dagatiin, karaan irra deemtu akka si jalaa hin badnetti karaa irra dhufte hin dagatiin.
hojii gaarii abboota fkn godhadhu, jireenya isaan dabarsanirraa baradhu malee jajjuus cabsituus hin ta'iin, namoonni kan biraa waan isaan ta'uu qaban gaafa bartu ati waan ofii ta'uu qabdu akka si jalaa hin badnetti of eeggadhu
jalinni si hin ho'isiin waan gaariniis sitti hin qorriin, jal'inaaf dandeettii yo qabattee waan gaariifis dandettii waan qabduuf hojiinke filannookerratti waan hundawuuf itti yaadi

Kanan dubbiserraa
✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️
@sami01bot
@samitecno
@samitecno
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Bilbila keessan Password ykn
Pattern yoo dagattan faayila keessan osoo hin balleessin akkaataa itti banuu dandeessan.
👇👇👇👇👇👇👇👇
Yeroo baay’ee Bilbila android
password ykn pattern keenya sababa garagaraan dagachuu dandeenya. Yeroo kanatti bilbila keenya Restore gochuuf nu dirqamsiisa. Kun immoo faayila keenya bilbila irra jiru hundumaa na jalaa kan balleessudha. Kanaaf akkaataa armaan gadiitiin osoo faayilli keessan tokkoyyuu hin badin bilbila keessan password ykn pattern dagattan bantanii fayyadamuu ni dandeessu.
Wantoota isin barbaachisan:
1. Appii ‘Aroma file manager’ jedhamu
2. Meemoorii kaardii
3. Bilbila android banamaa kan biroo
4. Bilbila password ykn pattern dagattan
Itti aansuun tartiiba armaan gadii hordofaa:
1. Bilbila biroo sanaan App ‘Aroma File Manager’ jedhamu link kanarraa buufadhaa https://www.allmobitools.com/download-aroma-file-manager-zip/
2. Appicha memory card irratti copy godhaa
3. Meemooricha bilbila cufame/kan passwordi dagattan sanatti galchaa
4. Bilbila cufame sana switch off godhaa. itti aansuun Power fi kan sagalee ittiin dabalan walfaana gad-qabuun hamma barreeffama wayii fidutti tursaa.
5. Barreeffama jiran keessaa ‘Recovery mode’ kan jettu filadhaa. (asirratti button sagalee hir’isu fi dabalu olbaasuu fi gadbuusuuf kan faayyadu yoo ta’u ‘power button’ immoo ‘Ok’ ta’ee tajaajila.)
6. ‘Recovery mode’ erga seentanii ‘install zip from sd card’ kan jettu filachuun meemoricharraa folder appichi keessa jiru seenuun install godhaa.
7. Appicha keessa seenuun gara ‘navigate’ jedhutti gad bu’uun ‘autumount all devices on start’ kan jettu filadhaa. isa booda cufaa
8. Step 6ffaa irra deebi’aa
9. Appicha ammas irra deebiin banuun ‘data folder’ filadhaa. Achi keessaa ‘system folder’ yoo seentan ‘gesture.key or password.key’ kan jedhu delete godhaa.
10. Bilbilicha ‘Reboot’ godhaa
11. Bilbilli keessan isiniif banama. Faayilli keessanis hin badu. Pattern ykn Password haaraa galchitanii fayyadamuu dandeessu.

👇👇👇👇
@samitecno
@samitecno
@samitecno
@samitecno
#BILBILLII_AnDROiD_YOO_BADEE👇👇👇👇👇👇👇👇

Bilbillii android yoo nu jalaa bade ykn hatame eessa akka jiruu fi eenyu akka faayyadamaa jiru beekuun argachuu ni dandeenya. Bilbilli keessan haala hin beekamneen isin harkaa baduu ykn hatamuu danda’a. Yeroo kanatti waajjira poolisiitti iyyannee ykn bakka inni itti bade iyyaafannee argachuu dhiisuu dandeenya ta’a.
Kanaaf, karaa salphaa ta’een bilbila keenya nu harkaa bade bakka inni jiru, yoo namatu fayyadamaa jira ta’ees eenyu akka faayyadamaa jiru fi eessa taa’ee fayyadamaa akka jiru karaa ittiin baruu dandeenyu amma waliin ilaalla. inniis lakkoofsa IMEI mobaayila keenyaa faayyadamuun kan beekuu dandeenyudha. Kanaafuu, tartiiba armaan gadii jiran sirriitti hordofuun bilbilli keessan eessayyuu yoo jiraate argachuu dandeessu.
Bilbilli keenya osoo hin badin dura waan gochuu qabnu:
1. Lakkoofsa koodii *#06# bilbiluun lakkoofsa IMEI bilbila keessanii ilaalaa
2. Lakkoofsa IMEI fi model bilbila keessanii yaadannoo keessanirratti qabadhaa. Yookiniis yoo bilbilli keessan bade bakka argachuu dandeessanitti galmeessaa kaa’aa.
Kana booda yoo bilbilli keessan bade ykn hatame haala armaan gadiin bakka inni jiru argachuu dandeessu.
Mobaayila android kan biroo ykn kompiitara faayyadamuun gara email cop@vsnl.net jedhamutti ergina. Email itti erginus haala armaan gadiin qindeessina.
My name ____ (bakka duwwaarratti maqaa keessan barreessaa)
Address ____ (bakka duwwaarratti teessoo keessan barreessaa)
Phone Model ____ (bakka duwwaarratti model mobaayila keessan badee sana barreessaa)
Made ____ (bakka duwwaarratti biyya mobaayilli keessan bade sun itti hojjetame barreessaa. Fkn. Made in Vietnam)
Email for communication ____ (bakka duwwaarratti email keessan barreessaa)
Missed date ____ (bakka duwwaarratti guyyaa bilbilli isin harkaa bade akka lakkoofsa Awurooppaatti barreessaa)
IMEI number____ (bakka duwwaarratti Lakkoofsa IMEI bilbila badee sana barreessa)
Tartiiba kana haala sirriin yoo raawwattan ‘GPRS system’ fayyadamuun teessoo bilbilchi jiru , eenyu harka akka jiru fi namni faayyadamaa jiru sun email yoo qabaate email isaa wajjin Email keessanirratti isiniif dhufa. Kana booda , GPRS sana hordofuun bakka inni jiru deemnee bilbila keenya argachuu ni dandeenya. yoo kophaa keenya kan sodaannu tahe qaama nagaa eegumsaatif beeksisuu ni dandeenya.

@samitecno
@samitecno
@samitecno
#MEMORY_Fi_FLASH Ol_GUDDISUUF


Memory card fi Flash 2GB, 4GB fi 8GB irraa gara 16GB tti guddisuuf
Kompiitara fayyadamuun memory card fi flash xixiqqoo ta’an salphaatti gara 16GB tti guddisuun ni danda’ama. Kuniis namoota storage bilbila keessanii xiqqaatee isin rakkisuuf furmaata gaariidha.
Kompiitara keessanitti fayyadamuun gara 16GB tti guddisuuf tartiiba kanaa gadii sirnaan hordofaa.
1. Software ‘ Sdata tool ‘ jedhamu google irraa buufadhaa.
2. Erga buustanii booda right click gochuun extract godhaa. Itti aansuun sdata tool.exe kan jettu irratti right click gochuun ‘run as admnistrator’ godhaa. yeroo kanatti install gootaniittu jechuudha.
3. Flash ykn meemoorii guddisuu barbaaddan reader keessa galchuun kompiitarichatti galchaa.
4. Memory ykn flash sanarra faayila barbaachisoo ta’an kompiitara ykn mobaayila keessanirratti copy erga gootanii booda format godhaa.
5. Gara sdata tool tti deebi’uun erga seentanii booda select drive jechuun yoo isiniif fidu. Qubee flash ykn memory sanaa filadhaa. Fakkeenyaaf drive E irra jira yoo ta’e isa filadhaa.
6. Itti aansuun ‘To 4GB, 8GB, 16GB’ jechuun filannoo isiniif fida. Flaashii ykn meemoorichi 2GB yoo ta’e jalqaba ‘To 4GB’ kan jettu filachuun ‘E-compress’ kan jettu click godhaa. Flaashii ykn meemoorichi 4GB yoo ta’e ‘To 8GB’ kan filattan yoo ta’u , meemoorii ykn flaashichi 8GB yoo ta’emmoo ‘To 16GB’ filadhaa.
Tartiiba 6ffaa irra jiru kana irra deddeebi’uun meemoorii ykn flashii 2GB irra 4GB tti erga guddisnee 4GB irraas gara 8GB tti 8GB irraa gara 16GB tti guddisuu ni dandeenya.
Haaluma kanaan: Flashii ykn meemoorichi 4GB yoo ta’e jalqaba gara 8GB tti itti aansuun 16GB tti kan guddisnu yoo ta’u, Flaashii ykn meemoorichi 8GB yoo ta’emmoo kallattiin gara 16GB tti kan guddisnu ta’a.
Hubachiisa: erga meemoorii ykn flaashii keenya haala kanaan guddisnee booda yoo format goone storage isaa jalqabaatti deebi’a. Kana jechuun duraan 2GB kan ture 2GB tti deebi’a jechuudha. kanaafuu Format gochuu irraa of qusachuu yoo goone immo ni hojjetaa

👇👇👇👇👇👇👏

@samitecno
@samitecno
#JECHOOTA_ICT_HIIKAA ISAANI_FI_FAYIDA_ISAANI

Dubbisi si Fayyada
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
1.Blacklist :- Hiikoon isaa ‘Galmee gurraacha’ jechuudha. Faayidaan isaa hayyama dhorkuudha.
2. Cookie :- Broowserii kompiitaraa yammuu seennee baanutti, kompiitarichi fuula website sanaa save godhee kan inni qabatuudha. Faayilli kun size’n isaa xiqqaa yammuu ta’u adeemsa keessa baay’inaan yoo fayyadamnu guddachaa adeema.
3. Encryption : – hiikoon isaa ‘icciteessuu’ jechuudha. Kunis encryption key fayyadamuudhaani.
4. Input :- waan nuti kompiitara ykn mobile keenya yeroo waa fayyadamuuf jennu kan ittiin ajajnudhaa. Fakkeenyaf; keyboard ,
mouse fi kkf.
5. Output :- kan nuti ajajnerratti hundaa’uun bu’aa ajajaa keenyaa kan nuuf himan ykn dalagani dha. Fakkeenyaf; screen , speaker fi kkf.
6. CD burner :- CD duwwaa ta’an irratti waa barreessuu/fe’uu kan danda’u drive komputaraati. DVD burner kan jedhamus DVD duwwaa ta’anirratti kan barreessu/fe’u dha.
7. DVD-RW drives :- kunimmoo CD ykn DVD irratti waan barreeffame/fe’ame balleessee deebisee barreessuu kan danda’uudha.
8. Digital signature :- encryption fayyadamuun faayila/ergaa tokko nama sirrii nuti yaadnerraa kan ergame ta’uu kan ittin adda baafannudha. (mallattoo dijitaalaa jechuuni dandeenya)
9. Domain name :- Teessoo/address maqaa isaan ibsamu. Fakkeenyaf; marsaaritin keenya galuuf kan gargaaru
www.samitech.com kan jedhu kuni ‘Domain name’ jedhamee waamama. Fakkeenya biraa maqaakee.com yoo jedhees ‘Domain name’ jedhamee waamama.
10. Eraser :- kompiitara ykn bilbila irraatti faayiloota argaman guutummaan guutuutti balleessuu kan danda’uudha.
11. Free ware :- bilisaan kan argaman, haa ta’u malee akkaataa uumamasaa (source code) argachuuf sooftiweerota dhorkaawwan seeraa fi teeknikaa raawwatan
12. GPS :- gabaajeen isaa ‘Global Positioning system’ jedhama. Kuniis saatalaayitii fayyadamuun bakkaa fi yeroo waan barbaadamee beekuuf kan gargaarudha.
13. Hacker :- Nama dhiyoorra ykn fagoorra taa’ee iccitii namaa kan hatuu fi too’annaa isaa jala oolchu.
14. IP address :- kompiitarri tokko interneetii ykn meeshaalee biroo qilleensarratti wajjin yoo wal quunnamuuf koodii addaa inni kennudha.
15. ISP : – Internet service provider jechuu yoo ta’u , Dhaabbata sarara tajaajila interneetii qopheessaniidha

👇👇👇👇👇👇👇👇

@Samitecno
@samitecno
@samitecno
@samitecno
#share
#like
#Coment.....@sami01bot
#MURTII

Jhon Maxwell kitaaba isaa - -amala 7n nama milkaa'aa, ja'u keessatti akkana nun je'a.

#murtii sirrii ta'e yeroo isaa malee (sirrii hin ta'initti) yoo murteessite FUDHATAMA DHABDA.

#Yeroo isaatti (sirrii ta'etti) murtii sirrii hin ta'in yoo murteessite Dogoggora keessa galta.

# yeroo sirrii hin ta'initti Murtii sirrii hin ta'in yoo murteessite kufaatif saaxilamta.

#murtii sirrii yeroo isaatti yoo murteessite milkaa'ina goonfatta.

@samitecno
@samitecno
Bilbilli android maaliif ‘App not installed’ jedhee app keenya install gochuu dida?👇👇👇👇👇

👉Furmaatn isaahoo maali?
👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Appii haaraa tokko install gochuuf yoo jennu ‘App not installed’ kan jedhuuf sababoota gurguddoo 8 qaba.
Isaanis:
App wal fakkaataan dursee jirachuu.
Android version bilbila keenyaan wal madaaluu dhabuu.
Rakkoo siistamaa (System problem) qabaachuu.
Kallattiin install ta’uu diduu.
Rakkoo ‘App preferance’
Teessoo appichaa.
Rakkoo ‘Package installer’ yoo uumamu.
Free space dhabuu.
Sababootni isaa kan armaan olii yoo ta’u, furmaatni isaa kan armaan gadiiti.
1. Yeroo baay’ee app tokko yammuu install gochuuf jennu ‘App not installed’ jedhee kan nu didu Appii isa fakkaatu yoo jiraatudha. Kanaafuu Appii isa fakkaatu jalqaba uninstall gochuun balleessuu qabdu.
2. Appii haaraa install gochuu barbaaddan android version mobaayila keessaniirratti hojjechuu dhiisuu danda’a. Kanaafuu Appicha edit gochuu qabdu. Appii edit gochuuf stepi 5’n armaan gadii sirnaan hordofaa:
Step 1 Appii maqaansaa ‘apk editor’ jedhamu interneetii irraa buufadhaa.
Step 2 Apk editor install ergaa gootanii booda open godhaatii, ‘select apk from APP’ kan jettu cuqaasuun ‘Common edit’ kan jettu seenaa.
Step 3 achi keessaa ‘Install location’ kan jettu default godhaa.
Step 4 Itti aansuun “version code” kan jettu jijjiraa. Koodicha yammuu jijjiirtan koodiin jijjiirame mobaayilicha kan madaale ta’uu qaba (Kanas Appii installed ta’eerraa ilaaltanii jijjiiruu ni dandeessu).
Step 5 Save gochuun install godhaa.
3. Mobaayilichi yeroodhaaf rakkoo sirnaa (Temporary System problem) yoo qabaate Appii haaraa install hin godhu. Kana furuuf immoo mobaayilicha restart/reboot godhaa.
4. Appii kallattiin install ta’u hin dandeenye ni jiru. Fakkeenyaaf,
Base.apk , Config-Archi.Apk jedhaman. kanaaf;
Appii akkanaa install gochuuf yoo cuqaasnu ‘Open with’ jedhanii filannoo garagaraa fidu malee install kan jedhu hin agarsiisani. Appii akkanaa install gochuuf immoo appii maqaansaa ‘SAI (Split app installer)’ jedhamu install godhadhaa. Itti aansuun app install ta’uu dide sanatti deebi’aa. ‘Open with’ jedhee filannoo garaagaraa yoo isiniif fidu ‘SAI’ filadhaa. Kana booda ‘SAI’ keessaan install gochuu dandeessu.
5. Setting bilbila keessanii seenuun ‘Reset app preferance godhaa’. Kana gochuuf tartiiba kana hordofaa. Settings < Apps < menu (mallattoo sarara sadii) < Reset app preferances.
6. Appichi memory card irra yoo jiraate gara internal storage tti dabarsaa install gochuu yaalaa.
7. Rakkoo ‘Package installer’ yoo uumamudha. Rakkoo kana furuuf tartiiba armaan gadii hordofaa: Settings < Manage apps < Package installer < Clear data and Clear cache
8. Mobaayilichi ‘Free space’ gahaa qabaachuu adda baafadhaa. Yoo hinqabu ta’e app kan biroo uninstall godhaa ykn faayiloota gurguddaa bakka baay’ee qabatanii jiran delete godhaa.
Akkam hordoftota sami tech har'aa barumsa bareeda tokko isiinif qabadheera
👉akkamitti fb nama kan biraa buttaan (hack) akka itti gootan isiinif qabadheera barumsa qofaf
Xumurarratti subscribe gochuu hin dagatina
👇👇👇👇👇
https://youtu.be/Cev--CDywUg