COD-ET®
20.2K subscribers
625 photos
35 videos
122 files
537 links
#COD-ET 🇪🇹

💻 Code • Learn • Build
🚀 Ethiopia’s growing developer community

🎯 Tech tips | 💡 Learning | 🌐 Web & Apps | 🎨 Design | 💼 Online opportunities

We build. We learn. We grow. Together.

Smart Code. Smart Security. Ethiopian Soul
Download Telegram
Beekaa karoora malee deemurra, gowwaa karooran deemu irra wayya.

Warren Buffett

@sami01bot
📡📡Biyyoota mantagoo Wi-Fi bareedaa qaban 10'n📡📡

📩Hiriyyaa keef qoodi📩

🔟. Jersii
Mantagoonshee baayyee cimaadha, giddu galeessaan 30.90 Mbps dha. G/galeessaan Jersii keessatti daqiiqaa 22 gidduutti faayiloota Giigaabaayitii 5 ta'an buusuu ni dandeessu.

9⃣. Hangaarii

34.01 Mbps
Kunis daqiiqaa 20 gidduutti faayiloota 5 GB
Kunis dhaabbiidhaan kan mul'atudha.

8⃣. Luuksemberg
35.14 Mbps

7⃣. Neezerlaandi

35.95 Mbps
Daqiiqaa 18 keessatti 5 GB

6⃣. Beeljiyeem

36.71 Mbps

5⃣. Roomaaniyaa

38.6 Mbps
17 keessatti 5 GB

4⃣. Noorwey

40.12 Mbps

3⃣. Deenmaark

43.99 Mbps
15 keessatti 5 GB

2⃣. Siwiidin

46.0 Mbps
14 keessatti 5 GB

1⃣. Siingaappor

60.39 Mbps
11 keessatti 5GB

😂America😂
25.86 Mbps
26 keessatti 5 GB
Dhugaadha Siingaappor akka magaalaadha, magaalaa xiqqoo. Garuu, interneetaan guddoodha.
😢😢Kan Itoophiyaa yoo dubbachuu dhiisne wayya! Maqaadhaaf 15 Mbps dha garuu, amma 8 Mbps hin hojjetu!!

@sami01bot
#Lebanon

Dhohiinsa Beeruut keessatti uumamee hordofuun hospitaaloonni miidhamtootaan dhiphachuun himame.

Hogganaan Waldaa Fannoo Diimaa Libanoon Joorji Kitaneeh midiyaalee biyyattiif akka himanitti, namoonni dhibbaan lakka’aman dhohiinsa kanaan mada’aniiru.

Namoonni hedduun naannoo dho’iinsi itti mudate kanatti ugguramanii waan jiraniif, lakkoofsa namoota mada’aanii sirnaan beekun rakkisaa ta’u himan.

Miidiyaa biyyatti LBCtti akka himanitti, Waldaan Fannoo Diimaa namoonni deeggarsa lubbuu baraarsaa gaafatan heddummachuudhaan muddameera.

Ambulaansonni lubbu baraarsaaf naannichatti ergamuun boodas hospitaaloonni namoota miidhamaniin dhiphateera.

Gabaastuu AFP Maayaa Gibiliiy waabeefachun akka BBCn gabaaseetti dhukkubsattoonni hospitaala guutanii, kaan isaanii deebi'aa jiru.

@sami01bot
Channel name was changed to «Sami Tech®»
#UPDATE

Dhohiinsa Libanoon Beerut keessatti kaleessa muudateen hanga ganama har'atti (Roobii) lubbuun namoota 100 ol darbuu akkasumas namoonni 4,000 ol madaa'aniiru jechuun 'CGTN Africa' gabaaseera.

📷: CGTN
@samitecno
@samitecno
📢Chaanaalii keenya sami Tech® irraa wantoota Teknooloojii wajjin walqabatan Afaan Oromootiin barnoota hedduu ni argattu! Isaan keessaa muraasni: -

Beekumsa bal'aa waa'ee Teknooloojii isin barsiisna!
Akkaataa ittiin 'social media' cabsan ykn 'hack' godhan isin barsiisna!
Kanneen akka FB, IMO, WhatsApp, Email, Mobile card fi kkf akkaataa ittiin cabsuu dandeessan ibsa bal'aa waliin isin barsiisna!
Moosaajiiwwan haaraa waliin wal isin barsiisna!
Viidiyoolee isin bashannansiisan isiniif maxxansina!
Addunyaa Teknooloojii keessa isin jiraachisna!!

📌Maarree warreen Email qabdan akka maamila nuuf taatan kabajaan isin gaafanna!!

👇👇👇👇👇👇👇👇

🔰Link (geessituu) kanaan seenaatii subscribe godhaa🔰


https://www.youtube.com/channel/UCqa_w-cdWthtKZDB86O9ADw
Forwarded from Super Oromo sport (Abdii)
Eessa jirtaan gadi dhiifameera share godhi
Liinkiin kunooti https://youtu.be/r2W_g5l83aQ
kan teedii afiroo guyyatti nama miiliyoona tokkotu ilaale kun xiiqiidha Share godhi group kee hunda keessatti
Share itti roobsi kan teedii share kuma digdamaa ol qaba atis group kee hundatti share godhi.🙏
👆👆👆👆👆

#UPDATE

Dhohiinsa Libanoon Beerut keessatti kaleessa muudateen hanga ganama har'atti (Roobii) lubbuun namoota 100 ol darbuu akkasumas namoonni 4,000 ol madaa'aniiru jechuun 'CGTN Africa' gabaaseera.

📷: CGTN
@samitecno
@samitecno
Powered by @Manybot
Nama rabbii isaa hin sodaanne sodaadhu.
Jech. Arabootaa
@samitecno
#MinistryOfEducation❗️

Ministeerri Barnoota barattoonni bilisaan akka kutaa itti aanutti darbaniif murtee dabarsee ifaa godhe.

Sababa weerarri COVID-19 muudateen wal qabaatee murtee barattoonni bilisaan gara kutaa itti aanutti akka darbaniif bahee naannoolee hundaa fi Bulchiinsa Magaalaa lamaaniif erguu Ministeerri Barnoota beeksiseera.

Ministeerichi marii naannoolee fi bulchiinsa magaalotaa waliin godhen barattootaa kutaa 8ffaa fi 12ffaan alaa barattoonni hundinuu bilisaan gara kutaa itti aanutti akka darbaniitti ilaalamuun barnoota isaanii addaa ciites bakka buusuun akka itti fufan murtee dabarsuun ni yaadatamaa.

@samitecno
@samitecno
Forwarded from Media Ko
#IttiqaaTafarii

Artiist Ittiiqaa Tafarii irratti yaalin ajjeechaa godhame hin jiru jedhame.

Ittiqaa Tafarii dhibee koroonaan qabamuun galma barkumeetti yaala irraa kan jiru yoo ta'uu; guyyaa inni vaayirasichan qabamee eegalee bilbilaan hordofaa akka jiruu hiriyaa isaa Lij Yaareed fuula feesbuukii isaa irratti maxxanseera.

"Galma barkumee keessatti yaalamaa osoo jiruu ala irraa meeshaa qara qabu gara keessaa yeroo galchuuf yaalan namoonni argamnaan guyyaa itti aanu nageenya keef yaadda'uurra gara manaa si geessinee deddeebinee si yaalla jedhanii ogeeyyonni fayyaa mana isaatti yaala gochaafii jiru malee hoomtuu Ittiqaa irraa hin geenye." Lij Yaareed

Fayyummaan Artiist Ittiqaa Tafarii yeroo amma haala gaarii irraa akka jirus Lij Yaareed beeksiseera.

Itti dabaluun Lij Yaareed namoonni yaaddoo hedduu keessa turtan dhugaan jiru kanuma jechuun ragaa baheera.

@GadaaMagazine
@GadaaMagazine
Gamni gorsa dhagaha by @samitecno

Dargagummattii wanti ani yaadu hunduu sirriidha yaada jedhu keessa bahi, waan hundayyuu arge malee hin amanu hin jedhiin, dhagahanii amanuun, warra dogongorerra barachuun hubannaa ta'uusa hin dagatiin!

Beekumsa nama waggaa 80 argachuuf dirqama umuriinke 80 ta'uu hin qabu, warra umuriin isaani 80 guute hubannan dhaggeeffadhu
gorsa yoo dhaggeffatte tola baratta, gorsa dhagahuu yoo didde garuu gatii kanfaltee akka barattu beeki, gatii kanfalanii barachuun dadhabsiisaa akkasumas nama gaabbisisa
gamna yoo taate waan namarra gaheerraa baratta gowwaa yoo taate garuu gaafa sirra gahu irraa baratta
waan agarte mul'isi, waan sitti hin mul'atiin dhiisi, waan sirritti hin hubanne hin barsiisiin, waan hin dhamdhamiin nama hin afferiin, waan dhageesse hunda hin amaniin, waan haasofte hundaan sirridha hin jedhiin

kan laatte irranfadhu malee hin odeessiin, dhumasaa osoo hin argiin galata hin bayisiin, osoo aduun hin dhihiin guyyaan kun bareedadha hin jedhiin
ijjike waan fulduraan argamu yoo yaadeyyuu garaanke boodasaa waan dhufu ha yaadu, waan boriirra akka geessuf isa kaleessa in dagatiin, karaan irra deemtu akka si jalaa hin badnetti karaa irra dhufte hin dagatiin.
hojii gaarii abboota fkn godhadhu, jireenya isaan dabarsanirraa baradhu malee jajjuus cabsituus hin ta'iin, namoonni kan biraa waan isaan ta'uu qaban gaafa bartu ati waan ofii ta'uu qabdu akka si jalaa hin badnetti of eeggadhu
jalinni si hin ho'isiin waan gaariniis sitti hin qorriin, jal'inaaf dandeettii yo qabattee waan gaariifis dandettii waan qabduuf hojiinke filannookerratti waan hundawuuf itti yaadi

Kanan dubbiserraa
✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️
@sami01bot
@samitecno
@samitecno
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Bilbila keessan Password ykn
Pattern yoo dagattan faayila keessan osoo hin balleessin akkaataa itti banuu dandeessan.
👇👇👇👇👇👇👇👇
Yeroo baay’ee Bilbila android
password ykn pattern keenya sababa garagaraan dagachuu dandeenya. Yeroo kanatti bilbila keenya Restore gochuuf nu dirqamsiisa. Kun immoo faayila keenya bilbila irra jiru hundumaa na jalaa kan balleessudha. Kanaaf akkaataa armaan gadiitiin osoo faayilli keessan tokkoyyuu hin badin bilbila keessan password ykn pattern dagattan bantanii fayyadamuu ni dandeessu.
Wantoota isin barbaachisan:
1. Appii ‘Aroma file manager’ jedhamu
2. Meemoorii kaardii
3. Bilbila android banamaa kan biroo
4. Bilbila password ykn pattern dagattan
Itti aansuun tartiiba armaan gadii hordofaa:
1. Bilbila biroo sanaan App ‘Aroma File Manager’ jedhamu link kanarraa buufadhaa https://www.allmobitools.com/download-aroma-file-manager-zip/
2. Appicha memory card irratti copy godhaa
3. Meemooricha bilbila cufame/kan passwordi dagattan sanatti galchaa
4. Bilbila cufame sana switch off godhaa. itti aansuun Power fi kan sagalee ittiin dabalan walfaana gad-qabuun hamma barreeffama wayii fidutti tursaa.
5. Barreeffama jiran keessaa ‘Recovery mode’ kan jettu filadhaa. (asirratti button sagalee hir’isu fi dabalu olbaasuu fi gadbuusuuf kan faayyadu yoo ta’u ‘power button’ immoo ‘Ok’ ta’ee tajaajila.)
6. ‘Recovery mode’ erga seentanii ‘install zip from sd card’ kan jettu filachuun meemoricharraa folder appichi keessa jiru seenuun install godhaa.
7. Appicha keessa seenuun gara ‘navigate’ jedhutti gad bu’uun ‘autumount all devices on start’ kan jettu filadhaa. isa booda cufaa
8. Step 6ffaa irra deebi’aa
9. Appicha ammas irra deebiin banuun ‘data folder’ filadhaa. Achi keessaa ‘system folder’ yoo seentan ‘gesture.key or password.key’ kan jedhu delete godhaa.
10. Bilbilicha ‘Reboot’ godhaa
11. Bilbilli keessan isiniif banama. Faayilli keessanis hin badu. Pattern ykn Password haaraa galchitanii fayyadamuu dandeessu.

👇👇👇👇
@samitecno
@samitecno
@samitecno
@samitecno
#BILBILLII_AnDROiD_YOO_BADEE👇👇👇👇👇👇👇👇

Bilbillii android yoo nu jalaa bade ykn hatame eessa akka jiruu fi eenyu akka faayyadamaa jiru beekuun argachuu ni dandeenya. Bilbilli keessan haala hin beekamneen isin harkaa baduu ykn hatamuu danda’a. Yeroo kanatti waajjira poolisiitti iyyannee ykn bakka inni itti bade iyyaafannee argachuu dhiisuu dandeenya ta’a.
Kanaaf, karaa salphaa ta’een bilbila keenya nu harkaa bade bakka inni jiru, yoo namatu fayyadamaa jira ta’ees eenyu akka faayyadamaa jiru fi eessa taa’ee fayyadamaa akka jiru karaa ittiin baruu dandeenyu amma waliin ilaalla. inniis lakkoofsa IMEI mobaayila keenyaa faayyadamuun kan beekuu dandeenyudha. Kanaafuu, tartiiba armaan gadii jiran sirriitti hordofuun bilbilli keessan eessayyuu yoo jiraate argachuu dandeessu.
Bilbilli keenya osoo hin badin dura waan gochuu qabnu:
1. Lakkoofsa koodii *#06# bilbiluun lakkoofsa IMEI bilbila keessanii ilaalaa
2. Lakkoofsa IMEI fi model bilbila keessanii yaadannoo keessanirratti qabadhaa. Yookiniis yoo bilbilli keessan bade bakka argachuu dandeessanitti galmeessaa kaa’aa.
Kana booda yoo bilbilli keessan bade ykn hatame haala armaan gadiin bakka inni jiru argachuu dandeessu.
Mobaayila android kan biroo ykn kompiitara faayyadamuun gara email cop@vsnl.net jedhamutti ergina. Email itti erginus haala armaan gadiin qindeessina.
My name ____ (bakka duwwaarratti maqaa keessan barreessaa)
Address ____ (bakka duwwaarratti teessoo keessan barreessaa)
Phone Model ____ (bakka duwwaarratti model mobaayila keessan badee sana barreessaa)
Made ____ (bakka duwwaarratti biyya mobaayilli keessan bade sun itti hojjetame barreessaa. Fkn. Made in Vietnam)
Email for communication ____ (bakka duwwaarratti email keessan barreessaa)
Missed date ____ (bakka duwwaarratti guyyaa bilbilli isin harkaa bade akka lakkoofsa Awurooppaatti barreessaa)
IMEI number____ (bakka duwwaarratti Lakkoofsa IMEI bilbila badee sana barreessa)
Tartiiba kana haala sirriin yoo raawwattan ‘GPRS system’ fayyadamuun teessoo bilbilchi jiru , eenyu harka akka jiru fi namni faayyadamaa jiru sun email yoo qabaate email isaa wajjin Email keessanirratti isiniif dhufa. Kana booda , GPRS sana hordofuun bakka inni jiru deemnee bilbila keenya argachuu ni dandeenya. yoo kophaa keenya kan sodaannu tahe qaama nagaa eegumsaatif beeksisuu ni dandeenya.

@samitecno
@samitecno
@samitecno