Forwarded from OROMIA (◦Tesfu T▹)
#IDM
IDM maalii?
IDM Intarneetii irraa Viidiyoowwaan, Mp3, fiilmii , ragaawwan adda Software (Moosajjii) ittiin buusuuf nu gargaarudha.
Haala itti fayyadama isaa yoo ilaallu. Dursa link kana xuquun download (ni buufanna) ↔ http://www.internetdownloadmanager.com/download.html
Sanaan booda Koompitara keenya irratti feena ykn install gona.
Itti ansuun 'Registration and Register' kan jedhu irratti cuqaasuna, (yeroo yeroo ergaan kun ofii isaayyuu ni dhufa). Sanaan booda '4-5-6' jenne guutna.
◦Name : (Maqaa barbaadne guutuu dandeenya.)
◦Email : (Imeelii sobaa gutuu dandeenya, Imeelii barbaadne)
◦Serial bakka jedhutti immoo (DBNJC-D4R59-YPAGA-T3S1Q) kana irratti guutuun fayyadamuu dandeenya.
Hub : kanaan duraa Koompitara keessan irratti osoo fayyadamtani galmeessa(register) godhaa jedhe warra sin rakkiseefes ni ta'a.
@gadaa_sport

✳️ # application data mobila kessani isiinif qusachuu daanda'n 10
Namoonni mobayilli kessaan qarshi isiin jala fiixudhan isiin rakkisee apk kana gadi jiruu google play irraa buufachuun itti fayyadamu dandessuu. Bay'ee isiin fayyada.
1. Datally
2. My Data Manager
3. Data Usage Monitor
4. DataEye
5. GlassWire
6. Net-Guard
7. Data Monitor
8. InternetGuard
9. Data Saver
10. Data Manager
#please share and support us
© @samitecno

Forwarded from Yoni Candle💹 (MR,JOHN)
Watch "code fayadamne bilbilla namma tokko xallafu yks irra off eggu dandenya" on YouTube
https://youtu.be/khl79IkGgB8
https://youtu.be/khl79IkGgB8
Forwarded from Yoni Candle💹 (MR,JOHN)
Watch "mimori bittu kessan durra orjinallafi feki adda bassa" on YouTube
https://youtu.be/TJrxsreresQ
https://youtu.be/TJrxsreresQ
Forwarded from Yoni Candle💹 (MR,JOHN)
Watch "How to hack wifi password on android Hackers keylogger wifi passwordi akkati hack gonu" on YouTube
https://youtu.be/fSoB-8tMBSQ
https://youtu.be/fSoB-8tMBSQ
👍1
Forwarded from Yoni Candle💹 (MR,JOHN)
Hackers Keylogger_1.0.apk
2.3 MB
⭐️⚡️akkam jirtuu jallatamtoota maati sami tech har'aa web Dev ML(markup language) fi PL(programming language) maqaa isaani fi hiika isaani qabadhera ።⚡️⭐️
⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️
Html 👉hypertext markup language
CSS👉 Cascading Style Sheets.
PHP:👉 Hypertext Preprocessor
XML 👉extensible markup language
ASP👉 Active service page
AJAX 👉Asynchronous javascript and XML
ASP 👉application service provider
Js👉 javascript
Json👉 javascript object notaion
SQL👉 structure Query language
BDMS👉 database management system
VBS👉 visual basic script
OOP👉object oriented programming
CMS 👉content management system
CDN👉 content Delivery Network
credit By 👉 @samitecno
#share
⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️
Html 👉hypertext markup language
CSS👉 Cascading Style Sheets.
PHP:👉 Hypertext Preprocessor
XML 👉extensible markup language
ASP👉 Active service page
AJAX 👉Asynchronous javascript and XML
ASP 👉application service provider
Js👉 javascript
Json👉 javascript object notaion
SQL👉 structure Query language
BDMS👉 database management system
VBS👉 visual basic script
OOP👉object oriented programming
CMS 👉content management system
CDN👉 content Delivery Network
credit By 👉 @samitecno
#share
Forwarded from Yoni Candle💹 (MR,JOHN)
Watch "mimori bittu kessan durra orjinallafi feki adda bassa" on YouTube
https://youtu.be/TJrxsreresQ
https://youtu.be/TJrxsreresQ
Forwarded from Yoni Candle💹 (MR,JOHN)
com.humanlogic.sdi.apk
848.3 KB
App issa yo barbadani buffadha
Forwarded from Yoni Candle💹 (MR,JOHN)
Wps Wpa Tester_com.tester.wpswpatester_115_3.9.2_.apk
5.6 MB
👋Nagaa jirtan maatii @samitecno baga jiraattan jechaa mee bootiiwwan asii gadii faaydaa adda addaa qabaati fayyadama
✅️ @YouTubeTGBot - you tube irraa video buufachuuf telegram gubbaan bootii isin gar gaarudha.
✅️ @spotify_to_mp3_bot - muuziqaa adda addaa irraa argachuuf
✅ @XompressorBot - hamma (size) audio hir'isuuf kan gargaarudha
✅ ️ @pdfbot - pdf ittiin hojjachuuf kan gargaarudha
✅️ @mephbot - bootii kana irraa muuziqaa gara garaa ni argattuu
✅️ @Uloadit_bot - telegram irratti faayila upload godhuuf kan isin gargaarudha
✅️ @GmailBot - bootii kanaan gmail account keessaniin eega walqunnamsiistanii booda namaaf barreessuu fi ergaa namni nuuf barreesses asumàan argachuu dandeessu
✅️ @Gozilla_bot - bootii kana fayyadamuun video you tube irratti post ta'e tokko liinkii isaa asirratti paste godhuun buufachuu dandeessu
✅ @encoderbot - bootii kanaan audio telegrama irratti argamu mb baay'ee qabu gara kb jijjiiruf kan gargaarudha. Garuu hanqinni isaa guyyaa tokkotti audio converter kan godhu 4 qofa.
✅ @MathCalcBot - bootii kanaan herreega ittiin herreeguu ni dandeessuu
✅ @GHAnnunciBot - bootii chaanaalaf gar gaarudha
✅ @NoteOfficialBot - yaadannoo gara garaa irratti qabachuuf isin gargaara.
✅ @virus_total_scan_bot - bootii kanaan faayila ta'e tokko vaayrasii ni qabaa fi hin kan ittin addaan bafattaniidha bootii hedduu namatti toluudha fayyadamaa.
✅ @apkdl_bot bootii kanaan aappii barabaaddan ittiin buufachuu dandeessu maqaa qofa itti barreessudhaan jechuudha
✅ @imageToText_bot bootii kanaan immoo barreeffama suuraa irra jiru barreeffama irraa addatti isiniif baasa
♨ https://t.me/Mubarektechbot?start=ar1289761288 booti kanarraammo waan aja'iba hedduu argaattu start jechuun seena.
🏷 gaaffii ykn yaada yoo qabaattan 👇
╭─••─═•••••••••••••••═─••─╮
🤖: @free_ICT_group
📢: @samitecno
╰─••─═•••••••••••••••═─••─╯

🔥1
#websayitoota 💻?& &📲
barbaachisoo
💢bilbiilaf ykn PCdhaf apk akkasumas gemi bufaachu dandeessu websayiti kana gadii seenun baafadha ⬇️⬇️⬇️
✅ bilbilootaf 📲
1. rexdl.com (mods, apk, obb)
2. apkpure.com (original, full apk)
3. apkreal.com (mods, apk, obb)
4. oceanofapk.com
✅ kompiteeraf 💻
1. fougamers.com (crack, mods, DLCs)
2. dzrepackteam.com (crack, mods, DLCs)
3. Oceanofgames.com
4. softonic.com
Credit: ethio_techs
✤Join 📱 @samitecno 🖥

Bilbila guyyaa guyyaan yeroo fayyadamnu keessatti osoo hin beekin miidhaan gurguddaan battalatti ykn suutaan nurra gahuu danda’an hedduutu jiru. isaan keessaa yeroo baay’ee irra deddeebiin kan mul’atan fi of eeggannoo gochuu qabnu akka armaan gaditti ilaalla.
● Yeroo roobni roobu bilbila keessan flight/airplane mode irra kaa’aa
● FM Radio Earphone dhaan hin dhaggeeffatinaa. Sababnisaas ‘Electromagnetic radiation’ FM ittiin hojjetu karaa earphone sanaan sammuu keenyarra suuta suuta miidhaa waan geessisuuf
● Bilbila chaarjiirra keessanii homaa tokkollee hin faayyadaminaa. Keessumaa chaarjiirratti wifi-calling , bilbila kallattii fi Game taphachuurraa jabeessinee of eeguu qabna.
● Earphone dhaan muuziqaa yoo dhaggeeffattan Equalizer fayyadamuun ‘Bass’ irraa godhaa dhaggeeffadhaa. Sababnisaas akkasumatti yoo dhaggeeffanne sagalee qal’aa earphone keessaa sun gurra keenyaa wajjiin waan wal hin madaalleef gurra keenya dhukkubsuu danda’a.
● Meeshaalee ‘magnetic field’ gurguddoo ta’an biraa bilbila keessan fageessaa.

Chaarjiin bilbila keenyaa Low yeroo ta’utti faayyadamuu dhiisuu amaleeffachuun gaariidha. Sababnisaas yeroo kanatti calaqqeen isaa dabaluun ija keenyarraan miidhaa gahuu danda’a.
● Bilbila yammuu haasoftan Gurra keessanitti hin maxxansinaa , hamma 5cm gurra keessanirraa butuun haasa’aa. Kuniis calaqqee electromagnetic radiation sammuu keessan irraa ittisa.
● Yeroo rafuuf jettan bilbila keessan ‘airplane mode’ irra kaa’aa rafaa ykn meetira 2 fi isaa ol ofirraa fageessaa kaa’aa. Kuniis halkan osoo raftanii yoo bilbilame light fi calaqqeen isaa ijaa fi sammuu keessan miidhuu waan danda’uufi.
● Haadholii ulfaaf electromagnetic radiation kun dhibee alaarjikii itti fiduu waan danda’uuf haadholiin ulfaa yeroo dheeraa haasawuu fi irra deddeebiin bilbila haasawuu hir’isaa.
● Bakka meeshaan sibiilaa baay’atutti jechuun kan akka konkolaataa, xiyyaaraa, baaburaa, bakka hojii sibiilaa fi garaajiitti yoo baay’ee isin barbaachise malee bilbila hin haasayinaa. Yoo haasoftanis yeroo dheeraa hin haasayinaa.
● Keessumaa ijoollee umrii waggaa 15 gadii osoo bilbila faayyadamuu dhiistanii gaariidha. Ta’uu baatus yeroo muraasa qofa fayyadamaa. Calaqqeen elctromagnetic sun seelii sammuu keessanii baay’ee waan miidhuuf dhibee kaansarii sammuufillee isin saaxiluu danda’a.
● Biyyoota guddatan keessatti ijoolleen umrii waggaa 15 gadii baay’inaan kan du’an sababa kanaatiini.
● Kanaafuu, maatiin ijoollee keessan waggaa 15 gadii darbee darbee yoo ta’e malee yeroo hunda akka bilbila faayyadaman hin hayyaminaafii.
Qajeelfamoota jiran haalaan yoo hordofne bilbila keenya rakkoo osoo nurraan hin gahin fayyummaa keenya eeggannee fayyadamuu ni dandeenya. Kanaan ala suuta suuta ykn battalatti miidhaa nurraan gahuu danda’a. irraa of tiksaa maatifi hiriyoota kessaniis tiksaa.
@samitecno
@free_ICT_group

Forwarded from Leka Printing®️ (丹 乃 刀 工 ツ)
ETH TEL Mossaji Tajaajiloota ethiotelecom Akka Salphaati akka isin fayyadamtaniif Kan qopha'e dha
Mossaji Kana Fayyadamuun Ethio Gabataa irra Kuufama kannen akka
- Tajaajila Kuufamaaf
- Kuufama Ganamaa
- Kuufama Fayyadhaan Tura
- Piriimiyemii Hin Daangeffamne
Haaluma salphaa taheen Bitattanii akka itti fayyadamtan isiin dandesissa.
Kana malees Mossaji kana fayyadamuun
- Hafte Herrega kessan beekuf
- Herrega kessan guutuf
- Herrega waliif Qodduf
- fi deebisa naf bilbila
Tajaajiloota kana haaluma salphaa tahen ni fayyadamtu.
Tajaajiloota Dabalata Kannen akka
- Tajaajila Liqii
- Waamicha Dabarsuu
- Waamicha Tursiisuufa
Haaluma salphaa tahen ni fayyadamtu
Egaa ammuma Link Kana cuqaasuun Fuula Play Store irra Buufachun itti Gargaaramuu ni dandessu. Galatooma
https://play.google.com/store/apps/details?id=eth.tel.com