COD-ET®
20.3K subscribers
615 photos
32 videos
122 files
535 links
#COD-ET 🇪🇹

💻 Code • Learn • Build
🚀 Ethiopia’s growing developer community

🎯 Tech tips | 💡 Learning | 🌐 Web & Apps | 🎨 Design | 💼 Online opportunities

We build. We learn. We grow. Together.

Smart Code. Smart Security. Ethiopian Soul
Download Telegram
Forwarded from Fika Store
@fikatech NetCut Pro.Apk
12 MB
Forwarded from LEADERSHIP AND PSYCHOLOGY (Getu Abera✟)
HUMNA ARRABAA!
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➥ Ampoolii fi Generetara har'a itti nuti itti fayyadamnu kana beekan uume Tomas Alva
Edsen jedhama. Hayyuun kun ijoollummaa isaatti rakkina harkifata sammuu (autism) qaba ture.

■ Guyyaa tokko dura taa'an mana baruumsa isaa xalayaa barreessee "haadha keetti kenni" jedhee itti kenne. Barreessuu fi dubbisuu kan hin dandeenye Edsen ergicha haadha isaa biraan ga'e. Haati isaas xalayicha dubbistee teessee yeroo boossu argee "Haadha koo maalif boossa
xalayichi maal jedha?" jedhee gaafate.

■ Haati isaa deebistee "Mucaan kee SAMMUUN ISAA BAAY'EE
GUDDAA WAAN TA'EEF MANA BARUMSAA KANATTI BARACHUUN ITTI XIQQAATA KANAAF OFII KEEF MANATTI QO'ACHIISI!" jedha jettee itti himte. Toomasis baay'ee gammadee haadha isaatin barachaa qaamanis sammuudhaanis
guddachaa dhufe.

■ Sana booda Argannoowwan gurguddoo addunyaa kana jijjiiran 15 addunyaa keenyaf
gumaache. Teknolojiiwwan 1093 ta'anis fooyyessee beekamtii guddaa argateera.
Waggaa dheeraa booddee gara mana itti guddatee dhaqee waraqaa garaagaraa utuma ilaaluu waggaa dheeraa dura xalayaa haadha isaatif barreeffame sana argate.

■ Gaafa dubbisu akka haati isaa jetteen utuu hin taane faallaa isaati "MUCAAN KEE SAMMUUN ISAA HARKIFATAA WAAN TA'EEF LAMUU AKKA MANA BARUUMSA KEENYATTI HIN ERGINE."
Jedha.

■ Yeroo sana haati isaa ati BEEKA DHA jettee beekaa akka isa goote, ati GUDDAA DHA jettee guddaa akka isa goote hubatee yaadannoo isaa irratti

➲ "Toma's Alva Edsen nama sammuu harkifataa ta'ee dhalate tattaafannaa haadha isaatin garuu BEEKAA GUDDAA jedhame." Jedhee barreesse.

■ Obbolee namichi kun gaafa dhalatu fayyaa isaa dhabee dhalate biyyaan jibbame. Kun baratee nama in ta'u jedhamee ari'ame. Jechi isaan jedhame manatti isa deebisee namaa gadi isa godhee akka inni uumamuu isaayyuu jibbuuf
ture. Garuu kan nama dhibu arrabuma maaddii
barumsa isaa irraa ariisisee kichuutti kutee isa hambisuuf hima hadhaa'aa itti darbateetu deebisee ati BEEKA DHA ATI GUDDAA DHA. jedhee, abdii isaa lalisiisee, eenyummaa isaa isa keessaa itti agarsiisee humna addunyaa jijjiire kana keessa kaa'ee, maqaan isaa seenaa
keessatti akka dinqiitti akka haasa'amu isa godhe.

■ Nuti hoo har'a arraba keenyan beekaa biyyaaf ta'u baay'ee isaa cabsinee haamilee isaa, hunkuteessinee, haala isaa har'aa ilaallee ati "nama in taatu" jennee manatti deebisaa, jirra moo hir'ina isaa itti himaa, jabina inni qabuuf immoo
● "ati cimaa dha,
● ati nama guddaa dhas,
● sichis guddaa taata,
● ati beekaa dha,
● jabaadhu,
● haamileen kee in bu'in,
● si bukkee jirra" jennee abdii isaa borii itti agarsiisaa jirraa?

Akkasuma seenaan kun waldaa kiristiyanaa keenya hundumaa ni ilaallata. Tajaajiltoota keenya
arraba isa kamiin jajjabeessaa jirra laata? Isa kana numaafan dhiisa.

■ Kana qofa miti dargaggeessi baay'een humna biyyaa ta'uuf male, tajaajilaa baay'een
miila wangeela ta'uudhaf male jechoota dhibaa'ummaa arraba isaa keessaa yaa'un ofuma isaatif of cabsee golatti deebi'e baay'eetu jira. Baay'een keenya humna nu keessa jiru utuu
in beekin ofuma keenyaf gatii of dhabsiisna.

■ Yeroo baay'ee Jechoonni arrabaa baay'ee keenya irra yaa'an:-
• Ani gatii in qabu,
• Ani abdii in qabu,
• Ani nama gadiidha,
• Ani nama akkasumaanidha,
• Ani baduufan jedha,
• Ani dhukkubsataadha,
• Ani nan du'a fi kkf dha.

➲ Obbolaa koo arrabni humna guddaa qaba.
Dhaabbitti ajjeesus, abdii namaa lalisiisee du'aa kaasus ni danda'a.

➲ Lafee hin qabu garuu lafee ribuu hunkuteessa.
Arraba gaarii fi abdii dubbatu arraba caba namaa fayyisu waaqayyoo nuuf haa baay'isu.

➲ Arrabni keenyas akka fayyuuf ayyaanni kiristoos nuuf haa baay'atu!


Share◈Share◈Share
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
🔺JOIN🔺
✳️ laptop yeroo bitnu #corei3#corei5 #corei7#corei9 Kan jedhamu maal jechudha


Wantootni kana olitti eeraman maal nutti himuu

Kompitera irraatti Kan argaamu giddy galan kutawwaan Adda Adda #CPU ykn #processor sammu kompitera jedhama

#CPU kun ykn #processor qaama kompitera kessa iddoo olaanadha

Kara biraa #CPU ykn #processor laptop kessaan yeroo tokkottii hojiile heddu saffisaa olaanadhan akka hojjetuu Kan taasisudha

Kanan isiinitti himuu
yeroo jalqabaaf kompiterri yeroo tokkotti waan 1 qofaa dalaga turee
Fkn #Word yeroo bantaan siniif dalaga garuu yeroo sanatti osoo excel ykn softiweri bira yoo bantaan isiinif hin dalagu turee.

Kana waliin #Core Kan jedhamu ።#Core jechuun sammuu xinno jechuudha. #CPU ykn #processor sammuu kompitera isaa gudda jedhama፤
#Core jechuun sammu isaa guddaa kessaa Kan jirtuu sammuu xiqqo 1 Kan taate jechuudha.

Kompiteroota amma bahan ykn modern computer
Laptoponni yeroo amma jiraan yeroo tokkotti hojiile heddu saffisaa olaanadhan Kan hojjechuu danda'aanidha.fkn #Word yeroo hojjennutti #Excel excel bannee hojjechu ni dandeenya

Kanaf # _core 1 jechuun #yeroo tokkotti waan tokko qofaa hojjechuu Kan danda'uu jechuudha

Laptopponni bara kana yeroo tokkotti hojiile bay'ee akkamitti hojjechu danda'uu?

Yeroo amma #corei3#corei5 #corei7#corei9 kan jedhamantu jiruu።
Tokkon tokkon isaani akka kana gaditti ilaalla
▫️ Corei3 jechuun 3 #processors ykn 3 sammu sadii kan jedhamudha።

▫️ Corei5 jechuun 5 #processors ykn 5 sammu 5 kan qabu jechudha ።

▫️Corei7 jechuun 7 #processors ykn 7 sammu 7 Kan qabu jechuudha

▫️ Corei9 jechuun 9 #processors ykn 9 sammu 5 jechudha ።

Lakkofsi #core yemmu dabala dhufu hojiin laptop sanas akkasuma saffisni isaa dabala deema jechudha.

Kana jechuun kara biraatin sammuun nama kutaa 4 baraatu fi sammun nama kutaa 12 baratu tokkodha jenne yoo kaafne tokko miti? Lakkofsi Core jechuunis akkasuma jechudhaa .

#core jechuun kana jechudha
📢: @samitecno
👥: @free_ICT_group
COD-ET® pinned «✳️ laptop yeroo bitnu #corei3፣ #corei5 #corei7፣#corei9 Kan jedhamu maal jechudha Wantootni kana olitti eeraman maal nutti himuu Kompitera irraatti Kan argaamu giddy galan kutawwaan Adda Adda #CPU ykn #processor sammu kompitera jedhama #CPU kun ykn…»
Forwarded from OROMIA (◦Tesfu T▹)
#IDM

IDM maalii?

IDM Intarneetii irraa Viidiyoowwaan, Mp3, fiilmii , ragaawwan adda Software (Moosajjii) ittiin buusuuf nu gargaarudha.

Haala itti fayyadama isaa yoo ilaallu. Dursa link kana xuquun download (ni buufanna) http://www.internetdownloadmanager.com/download.html

Sanaan booda Koompitara keenya irratti feena ykn install gona.

Itti ansuun 'Registration and Register' kan jedhu irratti cuqaasuna, (yeroo yeroo ergaan kun ofii isaayyuu ni dhufa). Sanaan booda '4-5-6' jenne guutna.
◦Name : (Maqaa barbaadne guutuu dandeenya.)
◦Email : (Imeelii sobaa gutuu dandeenya, Imeelii barbaadne)
◦Serial bakka jedhutti immoo (DBNJC-D4R59-YPAGA-T3S1Q) kana irratti guutuun fayyadamuu dandeenya.

Hub : kanaan duraa Koompitara keessan irratti osoo fayyadamtani galmeessa(register) godhaa jedhe warra sin rakkiseefes ni ta'a.

@gadaa_sport
✳️ # application data mobila kessani isiinif qusachuu daanda'n 10

Namoonni mobayilli kessaan qarshi isiin jala fiixudhan isiin rakkisee apk kana gadi jiruu google play irraa buufachuun itti fayyadamu dandessuu. Bay'ee isiin fayyada.


1. Datally
2. My Data Manager
3. Data Usage Monitor
4. DataEye
5. GlassWire
6. Net-Guard
7. Data Monitor
8. InternetGuard
9. Data Saver
10. Data Manager

#please share and support us

© @samitecno
Forwarded from Yoni Candle💹 (MR,JOHN)
Watch "code fayadamne bilbilla namma tokko xallafu yks irra off eggu dandenya" on YouTube
https://youtu.be/khl79IkGgB8
Forwarded from Yoni Candle💹 (MR,JOHN)
Watch "mimori bittu kessan durra orjinallafi feki adda bassa" on YouTube
https://youtu.be/TJrxsreresQ
Forwarded from Yoni Candle💹 (MR,JOHN)
Watch "How to hack wifi password on android Hackers keylogger wifi passwordi akkati hack gonu" on YouTube
https://youtu.be/fSoB-8tMBSQ
👍1
Forwarded from Yoni Candle💹 (MR,JOHN)
Hackers Keylogger_1.0.apk
2.3 MB
App issa yo barbadani
👆👆👆👆👆👆
https://youtu.be/fSoB-8tMBSQ
⭐️⚡️akkam jirtuu jallatamtoota maati sami tech har'aa web Dev ML(markup language) fi PL(programming language) maqaa isaani fi hiika isaani qabadhera ።⚡️⭐️
⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️
Html 👉hypertext markup language

CSS👉 Cascading Style Sheets.

PHP:👉 Hypertext Preprocessor

XML 👉extensible markup language

ASP👉 Active service page

AJAX 👉Asynchronous javascript and XML

ASP 👉application service provider

Js👉 javascript

Json👉 javascript object notaion

SQL👉 structure Query language

BDMS👉 database management system

VBS👉 visual basic script

OOP👉object oriented programming

CMS 👉content management system

CDN👉 content Delivery Network

credit By 👉 @samitecno
#share
Forwarded from Yoni Candle💹 (MR,JOHN)
Watch "mimori bittu kessan durra orjinallafi feki adda bassa" on YouTube
https://youtu.be/TJrxsreresQ
Forwarded from Yoni Candle💹 (MR,JOHN)
com.humanlogic.sdi.apk
848.3 KB
App issa yo barbadani buffadha
Forwarded from Yoni Candle💹 (MR,JOHN)
Wps Wpa Tester_com.tester.wpswpatester_115_3.9.2_.apk
5.6 MB
Wifi Hack kan godhu apk
Only Root barbadda

@freehackingi @freehackingi
👋Nagaa jirtan maatii @samitecno baga jiraattan jechaa mee bootiiwwan asii gadii faaydaa adda addaa qabaati fayyadama

✅️ @YouTubeTGBot - you tube irraa video buufachuuf telegram gubbaan bootii isin gar gaarudha.

✅️ @spotify_to_mp3_bot - muuziqaa adda addaa irraa argachuuf

@XompressorBot - hamma (size) audio hir'isuuf kan gargaarudha

@pdfbot - pdf ittiin hojjachuuf kan gargaarudha

✅️ @mephbot - bootii kana irraa muuziqaa gara garaa ni argattuu

✅️ @Uloadit_bot - telegram irratti faayila upload godhuuf kan isin gargaarudha

✅️ @GmailBot - bootii kanaan gmail account keessaniin eega walqunnamsiistanii booda namaaf barreessuu fi ergaa namni nuuf barreesses asumàan argachuu dandeessu

✅️ @Gozilla_bot - bootii kana fayyadamuun video you tube irratti post ta'e tokko liinkii isaa asirratti paste godhuun buufachuu dandeessu

@encoderbot - bootii kanaan audio telegrama irratti argamu mb baay'ee qabu gara kb jijjiiruf kan gargaarudha. Garuu hanqinni isaa guyyaa tokkotti audio converter kan godhu 4 qofa.

@MathCalcBot - bootii kanaan herreega ittiin herreeguu ni dandeessuu

@GHAnnunciBot - bootii chaanaalaf gar gaarudha

@NoteOfficialBot - yaadannoo gara garaa irratti qabachuuf isin gargaara.

@virus_total_scan_bot - bootii kanaan faayila ta'e tokko vaayrasii ni qabaa fi hin kan ittin addaan bafattaniidha bootii hedduu namatti toluudha fayyadamaa.

@apkdl_bot bootii kanaan aappii barabaaddan ittiin buufachuu dandeessu maqaa qofa itti barreessudhaan jechuudha

@imageToText_bot bootii kanaan immoo barreeffama suuraa irra jiru barreeffama irraa addatti isiniif baasa

https://t.me/Mubarektechbot?start=ar1289761288 booti kanarraammo waan aja'iba hedduu argaattu start jechuun seena.

🏷 gaaffii ykn yaada yoo qabaattan 👇
╭─••─═•••••••••••••••═─••─╮
🤖: @free_ICT_group
📢: @samitecno

╰─••─═•••••••••••••••═─••─╯
🔥1
#websayitoota 💻?& &📲
barbaachisoo

💢bilbiilaf ykn PCdhaf apk akkasumas gemi bufaachu dandeessu websayiti kana gadii seenun baafadha ⬇️⬇️⬇️

bilbilootaf 📲

1. rexdl.com (mods, apk, obb)
2. apkpure.com (original, full apk)
3. apkreal.com (mods, apk, obb)
4. oceanofapk.com

kompiteeraf 💻

1. fougamers.com (crack, mods, DLCs)
2. dzrepackteam.com (crack, mods, DLCs)
3. Oceanofgames.com
4. softonic.com

Credit: ethio_techs

✤Join 📱 @samitecno 🖥
@fikatech DataEye.apk
4.8 MB
Bilbila guyyaa guyyaan yeroo fayyadamnu keessatti osoo hin beekin miidhaan gurguddaan battalatti ykn suutaan nurra gahuu danda’an hedduutu jiru. isaan keessaa yeroo baay’ee irra deddeebiin kan mul’atan fi of eeggannoo gochuu qabnu akka armaan gaditti ilaalla.
● Yeroo roobni roobu bilbila keessan flight/airplane mode irra kaa’aa
● FM Radio Earphone dhaan hin dhaggeeffatinaa. Sababnisaas ‘Electromagnetic radiation’ FM ittiin hojjetu karaa earphone sanaan sammuu keenyarra suuta suuta miidhaa waan geessisuuf
● Bilbila chaarjiirra keessanii homaa tokkollee hin faayyadaminaa. Keessumaa chaarjiirratti wifi-calling , bilbila kallattii fi Game taphachuurraa jabeessinee of eeguu qabna.
● Earphone dhaan muuziqaa yoo dhaggeeffattan Equalizer fayyadamuun ‘Bass’ irraa godhaa dhaggeeffadhaa. Sababnisaas akkasumatti yoo dhaggeeffanne sagalee qal’aa earphone keessaa sun gurra keenyaa wajjiin waan wal hin madaalleef gurra keenya dhukkubsuu danda’a.
● Meeshaalee ‘magnetic field’ gurguddoo ta’an biraa bilbila keessan fageessaa.