COD-ET®
20.3K subscribers
615 photos
32 videos
122 files
535 links
#COD-ET 🇪🇹

💻 Code • Learn • Build
🚀 Ethiopia’s growing developer community

🎯 Tech tips | 💡 Learning | 🌐 Web & Apps | 🎨 Design | 💼 Online opportunities

We build. We learn. We grow. Together.

Smart Code. Smart Security. Ethiopian Soul
Download Telegram
COD-ET® pinned «Mana Suphaa Mobaayilaa Banachuuf Meeshaalee Barbaachisan 14 Addunyaa yeroo ammaa keessatti Mobaayilli harkaa Technology ariitin guddataa jiruudha. akkuma biyya keenyatti yoo ilaalle faayyadamtoonni mobaayila harkaa Mill. 44.5 darbee jira. kun immoo akka…»
dhoksaan hordoofama jirta yoo ta'ee kara 3 ofirra ittistu

Akkuma beekamu yeroo ammaa Application badii hedduutu jira. Namoonni badii tokko tokko Aappiwaan badii kana faayyadamuun nu hordofuus ni danda’u. keessaafuu namni waliin jiraannu yoo tasa walitti mufanne karaa kanaan iccitii keenya butuu ni danda’a. hanga har’aatti namoonni balaa kanaaf saaxilamaniis ni jiru.
Aappiwwan badii yeroo ammaa jiran dandeettin isaanii baay’ee fagaatanii jiru, yoo dhoksaan mobaayila keenya irratti fe’aman salphatti beekun rakkisaadha, dirqama karaalee Aappiwwan badii kana itti too’annu hunda baruu qabna.Kanaafuu har’a namni na hordofaa jira jettanii kan shakkitan yoo tahe akkamitti qulqulleeffachuu akka dandeessan isiniif himna. karaan har’a isiniif himnu Sadi yommuu ta’u, yoo shakkii jabaa qabaattan hanga format gochuutti isin geessaa obsaan dubbisaa irraa hubadhaa.
Karaa 1ffaa , Device Administration kuni mobaayila keenya irratti kan waan guddaa hojjatu yommuu ta’u garuu hedduun namootaa hin beekan. Device Admin hojiin isaa
Itti fufee...
Aappii hojii gurguddaa hojjatan of keessatti hammata.
FKN – Mobaayila keenya fageenya irraa too’achuu yoo barbaanne Device Admin waliin walitti hidhata qaba. Aappiin nuti hojii kanaaf itti gargaaramnu dhufee Device Admin keessa taa’a.
– Aappiin tokko tokko eega yeroo tokko download goonee booda hanga device admin keessaa raayitii fuul-dura jirtu irraa hin balleessinitti Aappicha balleessun hin danda’amu
– Aappiwwan badii yoo dhoksaan mobaayila keenya irratti download godhaman akka nuti hin agarreef fuula mobaayilaa irraa ni dhoksu, Nuti yeroo sana device admin keessa yoo seenne Aappicha ni arganna. battalumatti raayitii fuul-dura jirtu irraa balleessinee hojii isaa dhaabuu ni dandeenya, dabalata maqaa aappichaa qabannee ‘Application manager’ keessa seennee uninstall gochuu ni dandeenya.
kan isin beekuu qabdan Device Admin kan of keessatti qabatu Aappii badii qofaa miti. Aappii security ykn nageenya mobaayila keenya tiksaniis of keessatti ni qabata. kanaafuu isin waan Device Admin keessatti agartan ija shakkiin ilaaluu qabdu malee Aappii badiiti jettanii fudhachuu hin qabdan, yoo waan haaraya agartan search gochuun maalummaa isaa baruu ni dandeessu. ykn akkuma olitti jenne raayitii irraa balleessuun hojii isaa dhaabuu ni dandeessu. Akkamitti ‘Device Administration’ bira dhaquu akka dandeessan
– Setting
– Biometrics and security
– Other security settings
– Device admin apps
Karaa 2ffaa Mobaayila keessan Update gochuu, karaan inni kun yeroo kamuu waan godhamuu qabuudha. Namni akka isin hordofaa jiru shakkii qabaattanii qabaatuu baattaniis hojirra oolchun dirqama taha. Mobaayilli keenya yeroo yeroon akka ‘software update’ goonu ni barbaada, yogguu nuti update goonu sanatti yeroo waliin akka tarkaanfatu ni taasisa, qaawwa adda addaa uumaman cufuu irratti shoora ol’aanaa taphata, Application badii hojirra jiran dhaabus ni danda’a. kanaafuu yeroo mobaayilli keenya software update gochuu barbaade sana battalumatti update gochuun nuhirra jiraata.
Yeroon mobaayilli keenya update itti godhamu yoo gahe bifa
notification dhan gubbaa mobaayila keenyaa irratti nu beeksifama, Nuti yeroo sanatti update gochuuf qophii yoo taane irratti tuquun faana bu’uutu nuhirra jira.
Ykn yeroo nutti toletti Settingii mobaayila keenya keessa seenun Software Update check gochuu qabna. Tartiiba asii gadii hordofaa.
– Settingii keessa seentu
– Software Update kan jedhu irratti tuqxu
– Download and install kan jedhu tuqxu, achi booda mobaayilli keessan yeroon update itti godhamu yoo gahe ofuma isaatif hojii eegalaa isinirraa kan eegamu hanga xumuru obsaan eeggachuu qofa taha.
Karaa 3ffaa , Mobaayila keessan format gochuu. karaan kun mobaayila keessan guutumaa guututti akka guyyaa bitame sanatti deebisa, faayiloota fi Aappii download gootan hunda isin jalaa xaraga, Aappii badii dhoksan fe’amees carraa kanatti faayyadamuun yeroo dhumaatif ni balleessa. Faayiloota adda addaa isin yaachisu yoo qabaattan karaa kana kan faayyadamtan yoo shakkii jabaa qabaattan qofa tahuu qaba. Ykn immoo faayila keessan backup godhachuu ni dandeessu, memory, flash drive fi Laptopi keessan irrattiis dabarfachuu ni dandeessu.
Dhuma irratti kan isin gorsinu Anti virus akka faayyadamtan isin gorsina, yeroo ammaa Anti virus baay’etu jira. Garuu kan nama
miliyoona dhibba shan caalaa biratti fudhatama aragateefi hedduu jaalatamaa ta’e cm security kan jedhamuudha. cm security-n Aappiwwan badii mobaayila keenya keessa jiran qulqulleessuf hedduu nu faayyada. balfa adda addaa mobaayila keenya dhiphisaniis ni qulqulleessa. wanta hin barbaachifne yoo arge nutti baasee akka balleessinu nu gaafata. Nuti yeroo yeroon Aappii cm security kana keessa seennee scan gochuu qofatu nurraa eegama. cm security-n mobaayila qulqulleessuu biratti lock App ni qaba Aappii barbaaddan qulfii itti gochuunii ni dandeessu, kana malees faayidaa biroo ni qaba. sababni guddaan Aappin kun jaalatameef tokko tajaajila hedduu ofirraa qabaachuu isaatini.
Cm Security download gochuuf
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.cleanmaster.security&hl=en
Dubbisuu Keessaniif Galatoomaa!

@samitecno
Forwarded from Sami①
1.Vaayiresin compitera yeroo jaalqaba maal ture?
Anonymous Quiz
32%
Creeper
18%
Trojan h
29%
Code red
21%
I love you
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Sami①
2.kannen armaan gadii keessa hardware Kan ta'ee kami?
Anonymous Quiz
47%
A.Monitor
9%
B.Programming
15%
C.Operating system
29%
D.Software
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Fika Store
@fikatech NetCut Pro.Apk
12 MB
Forwarded from LEADERSHIP AND PSYCHOLOGY (Getu Abera✟)
HUMNA ARRABAA!
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➥ Ampoolii fi Generetara har'a itti nuti itti fayyadamnu kana beekan uume Tomas Alva
Edsen jedhama. Hayyuun kun ijoollummaa isaatti rakkina harkifata sammuu (autism) qaba ture.

■ Guyyaa tokko dura taa'an mana baruumsa isaa xalayaa barreessee "haadha keetti kenni" jedhee itti kenne. Barreessuu fi dubbisuu kan hin dandeenye Edsen ergicha haadha isaa biraan ga'e. Haati isaas xalayicha dubbistee teessee yeroo boossu argee "Haadha koo maalif boossa
xalayichi maal jedha?" jedhee gaafate.

■ Haati isaa deebistee "Mucaan kee SAMMUUN ISAA BAAY'EE
GUDDAA WAAN TA'EEF MANA BARUMSAA KANATTI BARACHUUN ITTI XIQQAATA KANAAF OFII KEEF MANATTI QO'ACHIISI!" jedha jettee itti himte. Toomasis baay'ee gammadee haadha isaatin barachaa qaamanis sammuudhaanis
guddachaa dhufe.

■ Sana booda Argannoowwan gurguddoo addunyaa kana jijjiiran 15 addunyaa keenyaf
gumaache. Teknolojiiwwan 1093 ta'anis fooyyessee beekamtii guddaa argateera.
Waggaa dheeraa booddee gara mana itti guddatee dhaqee waraqaa garaagaraa utuma ilaaluu waggaa dheeraa dura xalayaa haadha isaatif barreeffame sana argate.

■ Gaafa dubbisu akka haati isaa jetteen utuu hin taane faallaa isaati "MUCAAN KEE SAMMUUN ISAA HARKIFATAA WAAN TA'EEF LAMUU AKKA MANA BARUUMSA KEENYATTI HIN ERGINE."
Jedha.

■ Yeroo sana haati isaa ati BEEKA DHA jettee beekaa akka isa goote, ati GUDDAA DHA jettee guddaa akka isa goote hubatee yaadannoo isaa irratti

➲ "Toma's Alva Edsen nama sammuu harkifataa ta'ee dhalate tattaafannaa haadha isaatin garuu BEEKAA GUDDAA jedhame." Jedhee barreesse.

■ Obbolee namichi kun gaafa dhalatu fayyaa isaa dhabee dhalate biyyaan jibbame. Kun baratee nama in ta'u jedhamee ari'ame. Jechi isaan jedhame manatti isa deebisee namaa gadi isa godhee akka inni uumamuu isaayyuu jibbuuf
ture. Garuu kan nama dhibu arrabuma maaddii
barumsa isaa irraa ariisisee kichuutti kutee isa hambisuuf hima hadhaa'aa itti darbateetu deebisee ati BEEKA DHA ATI GUDDAA DHA. jedhee, abdii isaa lalisiisee, eenyummaa isaa isa keessaa itti agarsiisee humna addunyaa jijjiire kana keessa kaa'ee, maqaan isaa seenaa
keessatti akka dinqiitti akka haasa'amu isa godhe.

■ Nuti hoo har'a arraba keenyan beekaa biyyaaf ta'u baay'ee isaa cabsinee haamilee isaa, hunkuteessinee, haala isaa har'aa ilaallee ati "nama in taatu" jennee manatti deebisaa, jirra moo hir'ina isaa itti himaa, jabina inni qabuuf immoo
● "ati cimaa dha,
● ati nama guddaa dhas,
● sichis guddaa taata,
● ati beekaa dha,
● jabaadhu,
● haamileen kee in bu'in,
● si bukkee jirra" jennee abdii isaa borii itti agarsiisaa jirraa?

Akkasuma seenaan kun waldaa kiristiyanaa keenya hundumaa ni ilaallata. Tajaajiltoota keenya
arraba isa kamiin jajjabeessaa jirra laata? Isa kana numaafan dhiisa.

■ Kana qofa miti dargaggeessi baay'een humna biyyaa ta'uuf male, tajaajilaa baay'een
miila wangeela ta'uudhaf male jechoota dhibaa'ummaa arraba isaa keessaa yaa'un ofuma isaatif of cabsee golatti deebi'e baay'eetu jira. Baay'een keenya humna nu keessa jiru utuu
in beekin ofuma keenyaf gatii of dhabsiisna.

■ Yeroo baay'ee Jechoonni arrabaa baay'ee keenya irra yaa'an:-
• Ani gatii in qabu,
• Ani abdii in qabu,
• Ani nama gadiidha,
• Ani nama akkasumaanidha,
• Ani baduufan jedha,
• Ani dhukkubsataadha,
• Ani nan du'a fi kkf dha.

➲ Obbolaa koo arrabni humna guddaa qaba.
Dhaabbitti ajjeesus, abdii namaa lalisiisee du'aa kaasus ni danda'a.

➲ Lafee hin qabu garuu lafee ribuu hunkuteessa.
Arraba gaarii fi abdii dubbatu arraba caba namaa fayyisu waaqayyoo nuuf haa baay'isu.

➲ Arrabni keenyas akka fayyuuf ayyaanni kiristoos nuuf haa baay'atu!


Share◈Share◈Share
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
🔺JOIN🔺
✳️ laptop yeroo bitnu #corei3#corei5 #corei7#corei9 Kan jedhamu maal jechudha


Wantootni kana olitti eeraman maal nutti himuu

Kompitera irraatti Kan argaamu giddy galan kutawwaan Adda Adda #CPU ykn #processor sammu kompitera jedhama

#CPU kun ykn #processor qaama kompitera kessa iddoo olaanadha

Kara biraa #CPU ykn #processor laptop kessaan yeroo tokkottii hojiile heddu saffisaa olaanadhan akka hojjetuu Kan taasisudha

Kanan isiinitti himuu
yeroo jalqabaaf kompiterri yeroo tokkotti waan 1 qofaa dalaga turee
Fkn #Word yeroo bantaan siniif dalaga garuu yeroo sanatti osoo excel ykn softiweri bira yoo bantaan isiinif hin dalagu turee.

Kana waliin #Core Kan jedhamu ።#Core jechuun sammuu xinno jechuudha. #CPU ykn #processor sammuu kompitera isaa gudda jedhama፤
#Core jechuun sammu isaa guddaa kessaa Kan jirtuu sammuu xiqqo 1 Kan taate jechuudha.

Kompiteroota amma bahan ykn modern computer
Laptoponni yeroo amma jiraan yeroo tokkotti hojiile heddu saffisaa olaanadhan Kan hojjechuu danda'aanidha.fkn #Word yeroo hojjennutti #Excel excel bannee hojjechu ni dandeenya

Kanaf # _core 1 jechuun #yeroo tokkotti waan tokko qofaa hojjechuu Kan danda'uu jechuudha

Laptopponni bara kana yeroo tokkotti hojiile bay'ee akkamitti hojjechu danda'uu?

Yeroo amma #corei3#corei5 #corei7#corei9 kan jedhamantu jiruu።
Tokkon tokkon isaani akka kana gaditti ilaalla
▫️ Corei3 jechuun 3 #processors ykn 3 sammu sadii kan jedhamudha።

▫️ Corei5 jechuun 5 #processors ykn 5 sammu 5 kan qabu jechudha ።

▫️Corei7 jechuun 7 #processors ykn 7 sammu 7 Kan qabu jechuudha

▫️ Corei9 jechuun 9 #processors ykn 9 sammu 5 jechudha ።

Lakkofsi #core yemmu dabala dhufu hojiin laptop sanas akkasuma saffisni isaa dabala deema jechudha.

Kana jechuun kara biraatin sammuun nama kutaa 4 baraatu fi sammun nama kutaa 12 baratu tokkodha jenne yoo kaafne tokko miti? Lakkofsi Core jechuunis akkasuma jechudhaa .

#core jechuun kana jechudha
📢: @samitecno
👥: @free_ICT_group
COD-ET® pinned «✳️ laptop yeroo bitnu #corei3፣ #corei5 #corei7፣#corei9 Kan jedhamu maal jechudha Wantootni kana olitti eeraman maal nutti himuu Kompitera irraatti Kan argaamu giddy galan kutawwaan Adda Adda #CPU ykn #processor sammu kompitera jedhama #CPU kun ykn…»
Forwarded from OROMIA (◦Tesfu T▹)
#IDM

IDM maalii?

IDM Intarneetii irraa Viidiyoowwaan, Mp3, fiilmii , ragaawwan adda Software (Moosajjii) ittiin buusuuf nu gargaarudha.

Haala itti fayyadama isaa yoo ilaallu. Dursa link kana xuquun download (ni buufanna) http://www.internetdownloadmanager.com/download.html

Sanaan booda Koompitara keenya irratti feena ykn install gona.

Itti ansuun 'Registration and Register' kan jedhu irratti cuqaasuna, (yeroo yeroo ergaan kun ofii isaayyuu ni dhufa). Sanaan booda '4-5-6' jenne guutna.
◦Name : (Maqaa barbaadne guutuu dandeenya.)
◦Email : (Imeelii sobaa gutuu dandeenya, Imeelii barbaadne)
◦Serial bakka jedhutti immoo (DBNJC-D4R59-YPAGA-T3S1Q) kana irratti guutuun fayyadamuu dandeenya.

Hub : kanaan duraa Koompitara keessan irratti osoo fayyadamtani galmeessa(register) godhaa jedhe warra sin rakkiseefes ni ta'a.

@gadaa_sport
✳️ # application data mobila kessani isiinif qusachuu daanda'n 10

Namoonni mobayilli kessaan qarshi isiin jala fiixudhan isiin rakkisee apk kana gadi jiruu google play irraa buufachuun itti fayyadamu dandessuu. Bay'ee isiin fayyada.


1. Datally
2. My Data Manager
3. Data Usage Monitor
4. DataEye
5. GlassWire
6. Net-Guard
7. Data Monitor
8. InternetGuard
9. Data Saver
10. Data Manager

#please share and support us

© @samitecno
Forwarded from Yoni Candle💹 (MR,JOHN)
Watch "code fayadamne bilbilla namma tokko xallafu yks irra off eggu dandenya" on YouTube
https://youtu.be/khl79IkGgB8
Forwarded from Yoni Candle💹 (MR,JOHN)
Watch "mimori bittu kessan durra orjinallafi feki adda bassa" on YouTube
https://youtu.be/TJrxsreresQ
Forwarded from Yoni Candle💹 (MR,JOHN)
Watch "How to hack wifi password on android Hackers keylogger wifi passwordi akkati hack gonu" on YouTube
https://youtu.be/fSoB-8tMBSQ
👍1
Forwarded from Yoni Candle💹 (MR,JOHN)
Hackers Keylogger_1.0.apk
2.3 MB
App issa yo barbadani
👆👆👆👆👆👆
https://youtu.be/fSoB-8tMBSQ
⭐️⚡️akkam jirtuu jallatamtoota maati sami tech har'aa web Dev ML(markup language) fi PL(programming language) maqaa isaani fi hiika isaani qabadhera ።⚡️⭐️
⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️
Html 👉hypertext markup language

CSS👉 Cascading Style Sheets.

PHP:👉 Hypertext Preprocessor

XML 👉extensible markup language

ASP👉 Active service page

AJAX 👉Asynchronous javascript and XML

ASP 👉application service provider

Js👉 javascript

Json👉 javascript object notaion

SQL👉 structure Query language

BDMS👉 database management system

VBS👉 visual basic script

OOP👉object oriented programming

CMS 👉content management system

CDN👉 content Delivery Network

credit By 👉 @samitecno
#share
Forwarded from Yoni Candle💹 (MR,JOHN)
Watch "mimori bittu kessan durra orjinallafi feki adda bassa" on YouTube
https://youtu.be/TJrxsreresQ