COD-ET®
22.5K subscribers
541 photos
25 videos
101 files
501 links
#COD-ET 🇪🇹

💻 Code • Learn • Build
🚀 Ethiopia’s growing developer community

🎯 Tech tips | 💡 Learning | 🌐 Web & Apps | 🎨 Design | 💼 Online opportunities

We build. We learn. We grow. Together.

Smart Code. Smart Security. Ethiopian Soul
Download Telegram
Hello Guys!
Dhuma ji'a kanaa List ta'a.
Project guddadha.
Ammumaa jalqabaa walitti qabadhaa.

Link kunooti👉 Start bull
$Major Durov Puzzel

     || November: 16 - 2024
     || Reward: 5000 Coin
     
👍1😎1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#tip for content creators

Music video ai fayyadamuun hojjechun danda’ameera !🔥

Aimusic.so

Salphaatti mata duree yedaalo keessani barreessitani itti erguun muuziqa aja’iba ta’e ofii isaati generate godhee quality guddaadhan isiinif baasa.

Hailuoai.video

Barreeffama gara videotti ykn suura gara videotti jijjiruuf isiin gargaara.

Runwayml.com

Video warabame jiruu custom shot gochuudhan midhaagse isiinif hojjechuuf isiin gargaara

School Tech
👍31
Audio
Hi maatii school tech akm jirtu

Website kuni text gara sagaletti generate gochuudaf isiin gargara

Linki kanan seena

Aivoicegenerator.com

AI Voice Generator Free

AI Voice Generator Free in 120 languages. 800+ realistic voices to create the perfect AI voiceover. Generate speech from text and download the MP3 file.

Bilisan Itti fayyadama

School tech
3👍3
Audio
ሰላም የትምህርት ቤት የቴክኖሎጂ ቤተሰብ እንዴት ናችሁ

ይህ ድህረ ገጽ በነፃ ጽሁፍ ወደ ድምጽ እንድትቀይር ስለሚረዳ በተለያዩ ማህበራዊ ሚዲያ እንደ tiktok instagrami እና facebook እንዲሁም ዩቲዩብ ላይ መስራት የምትፈልጉ ሰዎች ማቅረብ የምትፈልጉትን ፅሁፍ ፅፈው ወደዚህ ድህረ ገጽ አምጥተው ድምጽ አመነጭተው ይልኩታል። የተለያዩ ማህበራዊ ሚዲያዎችን ማድረግ ይችላሉ

ወደዚህ ሊንክ አስገባለሁ።

Voicegenerator.com

በነጻ ይጠቀሙበት

የትምህርት ቤት ቴክኖሎጂ
2👍2🔥1
👍74
KYC stand for?
Anonymous Poll
64%
Know your customer
36%
Key your crypto
👍8
It doesn’t matter how slowly you go so as long as you don’t stop

#Tiippiwwan_Weebsaayiti_fi_Giraafiksi_Diizaayiinii
#Tiippiwwan_Kompitera_fi_Bilbila
#Odeeffannoo_Teekinooloojii_haaraa
#hojiile_Online
Isiin biraan ni geenya😊

Group fi channel join godha
Jabaa Gfx
free_ICT_group

owner @samilearn
#Rubi🔼
#RubiMining
#Supply 100M Max🔥

Like #Pi & #Sidra coins,
it's already started selling in #P2P market with a rate of
0.1 to 0.2 USDT💵
You can sell after #KYC which you can do after 30 days of #Mining
Or
after you #Mine 30 $Rubi Coins

Download #RubiApp from
#AppStore
Or
#GooglePlay🔄

Click Register & Select #Gmail

#Referral/#Invite Code ➡️ SERMAN12 ✔️
to get 1500 #mana to start

Login & Select Your Country For
Mining Daily after 24 Hours

( #You#can#sell#before #listing, #but better#hold until official listing )
1👍3
🛑 Adobe Collections 2025 🔥

Software #Adobe barbaaddan garaagaraa link gadiin seentanii computer keessan irratti #download godhachuu dandeessu.

Erga download gootani bodde yeroo extract gootan password 123 galchitu
🔸Adobe Photoshop

🔸Adobe Illustrator

🔸Adobe Aftereffects

🔸Adobe Premiere Pro

🔸Adobe Audution

School tech
🔥3👍1
PREMIUM CHANNELS

Tippiwwani fi file hedduu keessa argaattu webdeveloperonni add godhadha
-◦-◦--◦--◦-◦--◦--◦-◦--◦--◦-◦--◦-
✌️The Coding Space
-◦-◦--◦--◦-◦--◦--◦-◦--
217k| Linkedin Learning Courses
126k| Premium Udemy Courses
126k| Web Development
-◦-◦--◦-
104k| Learn Python
094k| JavaScript Courses
075k| Machine Learning
-◦-◦--◦-
065k| DevOps Tutorials
059k| Learn React and NextJs
055k| Data Analysis and Databases
-◦-◦--◦-
049k| Linux and DevOps
043k| Best Telegram Channels
043k| 100 Days of Python
-◦-◦--◦-
040k| Business Training
039k| ChatGPT Mastery
035k| Mobile Development
-◦-◦--◦-
034k| Zero to Mastery
033k| Udemy Learning
032k| Codedamn Courses
-◦-◦--◦-
031k| Linkedin Learning
030k| React 101
029k| Crypto Lessons
-◦-◦--◦-
025k| Coding Interview
023k| Telegram's Shorts
-◦-◦--◦--◦-◦--◦--◦-◦--
-◦-◦--◦--◦-◦--◦--◦-◦--◦

School Tech
👍81
#DV2026

Injifattoonni Viizaa Diversity 2026 Ebla 25/2017 ni ifooma.

Iyyattoonni iyyata DV (Diversity Visa) 2026 bu’aa isaanii ykn mo’achuu fi dhiisuu isaanii lakkoofsa mirkaneessaa isaanii
dvprogram.state.gov/ESC/ qofa irratti galchuun ilaaluu ni danda’u.

NB. Lakkoofsi mirkaneessaa yeroo iyyanni guutamu kan kennameedha. Lakkoofsi kun kan jala bade Forgot Confirmation number jechuun odeeffannoo barbaachisu guutuun lakkoofsa Mirkaneessaa haaraa karaa email argachuu ni danda'a.

Carraan DV ifoomu waan jiruuf walqabatee "Lottery DV injifatteetta, Imbaasii Ameerikaa irraan bilbilaa jira / Imeelii kana / barreeffama kana kan ergaa jirru" jechuun qaamotni
#sobaa waan jiraniif iyyattoonni of eeggannoo akka godhan jedhameera.

Hubadhaa, iyyataan tokko DV 2026 argachuu fi dhiisuu isaa karaa marsariitii armaan olitti ibsame qofaan beekuu danda’a.

School Tech
4👍4
Appiwwan kannen playstore fi appstore irraa buufadha

School tech
3👍2