🙏Obbolee Ergaa Xiqqoon sif qaba🙏
👇👇👇👇👇👇👇👇
👉Yeroo Hojechuu qabdutti yoo hin hojjanne, yeroo Kolfu qabdutti boossa jechuudha. Kanaaf tattafadhu.
👉Sobdee deebitee immoo maqaa waaqatin hin kakatini yakki tokko siga'ati😁.
😁Nama sisobu maalif akka sisobu hin gaafatin. Sababni isaas gaaffikee deebisuuf soba biraa soba waan ta'ef.
👉Oduu Kuntaala 1 odeessa oolurra Hojii kilo 1 hojjatte yoo agarsiste sif wayya. Kanaaf Xiqqoo haasa'i baay'ee hojjadhuu agarsiisi.
👉Gaarumman ati harraa hojjattu Galaake borii sif ta'a. Kanaaf Jallina lafa kaa'ii Wan gaggaarii qofa facaafadhu.
😁Gaafa ol baatu warra sii gadii hin dagatini. sababani isaas gaafa gadi buutu isaanuma deebitee argatta wan ta'ef.
🙏Lubbuukee waan hin tanen hin dhiphisin. Sababni isaas akka si darbuuf kan sif barreffame sin argatu. Akka si argatufimmoo kan sif barreeffame sin dhabuuti.
😁Namoonni tokko tokko akka axxiffannaati. Jireenyakee keessa gaafa ba'an galata jedhi malee of hin goolin.
👍Callisuukee keessatti wantonni ati hin dubbanne baay'een akkuma jiran kolfuukee keessa dhukkubni ati dhokfattu baay'eetu jiru.
👉Waan hunduma amanuudhaf hin ariifatin.Sababni isaas sobni dhugaarra ariifatee gurra silixaati.
🙏Nama balbala onneekee rurrukutu hundumaf arifattee hin banin. Sababni isaas namni tokko tokko akka ijoollee balbala rurrukutee fiiguu jaallata wan ta'ef😁😁
👉Namni kan sitti hin hinaafne gaafa ati rakkatte qofadha. Gaafa milka'innike baay'atu hinaaftonnikes lakkofsan danuudha. kanaaf sidinqin.
🤔Nama tokko Yeroo jaallattu amma argattutti utuu hin taane amma dhumaatti jaaladhu. Isaa harra akka salbajii uffatani boru baafatan dhiisi.👏
🙏Gaafa qabeenyaa argattu Uumaakee Yaadadhu. Qabeenyi hiyyummaa irra malee Du'arra sin oolchu waan ta'ef.
👍Dandettikee kan agarsisuu qabdu warra sidinqisifatanitti utuu hin taane warra situffataniti haata'u.
🙏Saree yoo si ciniinte deebitee hin ciniintu. Akkuma kana namoota jallina sirratti yaadanis tuffadhuuti bira darbi. Isaanirra wayya'ukee itti agarsiisi.
🙏Nama gaarii yaaduf gaarii hojjatu yoo taate namni ati dhabdu hin jiru. Garuu namni sidhabummoo jira.
😳Jireenya mataakee oofuu yoo hin daandenye jireenya namaa irratti imalaa taata. kanaaf kan ormaa dhisi kankee geggeeffadhu.
🙏Maliif sitti fakkaata Dawwitiin konkolaataa inni duuba agarsiisu xiqqaate inni fuldura agarsiisu kan guddaa ta'eef...Isa duddubarra inni fulduraa waan caalufidha. Atis Boriinkee harraf kaleessakee caala wan ta'ef kaleessakee xiqqoo xiqqoo yaadacha borikee fageessi ilaali.
👍Kufuukee caalaa shakkuu keetu Abjuukee bori dukkaneessa. Kanaaf abdii horadhu tiradhuu ka'i karakee itti fufi.
🙏Dhalli namaa kan inni hin dabarre guyyaa du'a isaa qofadha. Guyyaan kun Waaqayyo wajjin ni darbama jabaadhu.
👉Amma hin dhaabbanneti tirachaa deemaa jirta taanan iddoo yaadde inuma geessa. Kanaaf dhabbachun irra tirachuu ni caala.
👉Xiyya gaafa darbatan akka inni fagoo deemuf sirritti duubatti harkisaniitu gadi dhiisu. Atis akkuma kana haalli keessa jirtu gaafa duubatti si harkisu fageesse fulduratti sidarbachuufi waan ta'ef jabaadhuu kayyoo keerratti xiyyeeffadhu.
🙏Obbolee Jireenyi Guyyaa 3 dha. Isaanis: Kaleessa, Harra fi bori jedhamu. Kanaaf...
👉Kaleessakeerra baradhu
👉Harrakee jiraadhu
👉Boriikee karoorsi
👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏
🙏Akkuma ati irraa baratte hiriyaankes haa baratu maarree SHARE godhiif.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Telegram keenya link kanan
👉@samitecno

Forwarded from Information Science and Technology
💻 ብዙ ጊዜ Delete አልሆን ያሉ Folderዎችን ማለትም permission የሚጠይቁትን ለምሳሌ window old ፋይሎችን ከኮምፕዩተራችን ላይ እንዴት አድርገን እንደምናጠፋ እናያለን..
━━━━━━━━━━━━━━━
🔰Stepዎችን በመከተል ማስተካከል ትችላላቹ......
💠Step 1⃣
🔅Folder/File ጋር Right Click አድርገን Properties የሚለውን ይምረጡ።
💠Step 2⃣
🔅ከዛም Security የሚለው ላይ Advanced የሚለውን ይንኩት።
💠Step 3⃣
🔅 Administration ከሚለው አጠገብ Change የምትለዋን ይጫኑ።
💠Step 4⃣
🔅ከዛም Advanced የሚለውን ይመርጣሉ።
💠Step 5⃣
🔅ከዛም Find Now የሚለውን ተጭነው ከሚመጡት ዝርዝር ውስጥ የኮምፒውተርዎን User Name ይመርጡ።
💠Step 6⃣
🔅መቀየሩን ካረጋገጡ በኋላ ሳጥኖቹ ላይ ✅ ያድርጋሉ።
💠Step 7⃣
🔅Apply የሚለውን መምረጥ
💠Step 8⃣
🔅Messages box ያመጣል ከዛም yes ይበሉ።
💠Step 9⃣
🔅Permission ሰጥቶ ከጨረሰ በኋላ OK ይበሉት።
💠Step 1⃣0⃣
🔅OK ብለው ሁሉንም window ፕሮግራሞችን ይዝጉት።
💠Step 1⃣1⃣
🔅መጨረሻ ላይ file ላይ አድርገውት Shift + Del ይንኩት ሙሉውን ያጠፋዋል።
━━━━━━━━━━━━━

THESE ARE THE MEANING OF THE FOLLOWING ABBREVIATIONS.
@samitecno
1.) GOOGLE - Global Organization Of Oriented Group Language Of Earth.
2.) YAHOO - Yet Another Hierarchical Officious Oracle.
3.) WINDOW - Wide Interactive Network Development for Office work Solution.
4.) COMPUTER - Common Oriented Machine Particularly United and used under Technical and Educational Research.
5.) VIRUS - Vital Information Resources Under Siege.
6.) UMTS - Universal Mobile Telecommunicati ons System.
7.) AMOLED - Active-matrix organic light-emitting diode.
8.) OLED - Organic light-emitting diode.
9.) IMEI - International Mobile Equipment Identity.
10.) ESN - Electronic Serial Number.
11.) UPS - Uninterruptible power supply.
12. HDMI - High-Definition Multimedia Interface.
13.) VPN - Virtual private network.
14.) APN - Access Point Name.
15.) SIM - Subscriber Identity Module.
16.) LED - Light emitting diode.
17.) DLNA - Digital Living Network Alliance.
18.) RAM - Random access memory.
19.) ROM - Read only memory.
20.) VGA - Video Graphics Array.
21.) QVGA - Quarter Video Graphics Array.
22.) WVGA - Wide video graphics array.
23.) WXGA - Widescreen Extended Graphics Array.
24.) USB - Universal serial Bus.
25.) WLAN - Wireless Local Area Network.
26.) PPI - Pixels Per Inch.
27.) LCD - Liquid Crystal Display.
28.) HSDPA - High speed down-link packet access.
29.) HSUPA - High-Speed Uplink Packet Access.
30.) HSPA - High Speed Packet Access.
31.) GPRS - General Packet Radio Service.
32.) EDGE - Enhanced Data Rates for Globa Evolution.
33.) NFC - Near field communication.
34.) OTG - On-the-go.
35.) S-LCD - Super Liquid Crystal Display.
36.) O.S - Operating system.
37.) SNS - Social network service.
38.) H.S - HOTSPOT.
39.) P.O.I - Point of interest.
40.) GPS - Global Positioning System.
41.) DVD - Digital Video Disk.
42.) DTP - Desk top publishing.
43.) DNSE - Digital natural sound engine.
44.) OVI - Ohio Video Intranet.
45.) CDMA - Code Division Multiple Access.
46.) WCDMA - Wide-band Code Division Multiple Access.
47.) GSM - Global System for Mobile Communications.
48.) WI-FI - Wireless Fidelity.
49.) DIVX - Digital internet video access.
50.) APK - Authenticated public key.
51.) J2ME - Java 2 micro edition.
52.) SIS - Installation
53.) DELL - Digital electronic link library.
54.) ACER - Acquisition Collaboration Experimentation Reflection.
55.) RSS - Really simple syndication.
56.) TFT - Thin film
57.) AMR- Adaptive Multi-Rate.
58.) MPEG - moving pictures experts group.
59.) IVRS - Interactive Voice Response System.
60.) HP - Hewlett
Packard.
Share To Help Us

11 PC EMULATORS FOR ANDROID
1.Andy the Android Emulator
2.Blue Stacks for Android
3.Genymotion
4.WindRoid
5.YouWave
6.Android SDK
7.Droid4X
8.AndyRoid-Andy OS
9.Xamarin Android Player
10.DuOS-M Android Emulator
11.Windows Android
@samitecno
@samitecno
@samitecno
#share & support us
1.Andy the Android Emulator
2.Blue Stacks for Android
3.Genymotion
4.WindRoid
5.YouWave
6.Android SDK
7.Droid4X
8.AndyRoid-Andy OS
9.Xamarin Android Player
10.DuOS-M Android Emulator
11.Windows Android
@samitecno
@samitecno
@samitecno
#share & support us
15 best Android emulators for PC and Mac of 2020
1. LDPlayer
2. Android Studio’s emulator
3. ARChon
4. Bliss OS
5. Bluestacks
6. GameLoop
7. Genymotion
8. MEmu
9. Nox
10. Phoenix OS
11. PrimeOS
12. Remix OS Player
13. Xamarin
14. YouWave
15. Build your own
@samitecno
@samitecno
#share & support us
👆☝👆☝👆☝👆☝👆☝
1. LDPlayer
2. Android Studio’s emulator
3. ARChon
4. Bliss OS
5. Bluestacks
6. GameLoop
7. Genymotion
8. MEmu
9. Nox
10. Phoenix OS
11. PrimeOS
12. Remix OS Player
13. Xamarin
14. YouWave
15. Build your own
@samitecno
@samitecno
#share & support us
👆☝👆☝👆☝👆☝👆☝
Filanno kana deebisa👇 Maqaan bilbila ati qabatte jirtu maalidha?
public poll
SUMSUNG – 22
👍👍👍👍👍👍👍 33%
TECNO – 17
👍👍👍👍👍 25%
HUAWEI – 7
👍👍 10%
ITEL – 6
👍👍 9%
GALAX – 5
👍👍 7%
🍎APPLE – 4
👍 6%
Done – 4
👍 6%
LENOVO – 2
👍 3%
👥 67 people voted so far.
public poll
SUMSUNG – 22
👍👍👍👍👍👍👍 33%
TECNO – 17
👍👍👍👍👍 25%
HUAWEI – 7
👍👍 10%
ITEL – 6
👍👍 9%
GALAX – 5
👍👍 7%
🍎APPLE – 4
👍 6%
Done – 4
👍 6%
LENOVO – 2
👍 3%
👥 67 people voted so far.
Forwarded from Sàmí bot
Group kanattii dabalamun gaffi waa'ee technology gaafachuun deebii argaachu dandeessuu👥👥
Mana Suphaa Mobaayilaa Banachuuf Meeshaalee Barbaachisan 14
Addunyaa yeroo ammaa keessatti Mobaayilli harkaa Technology ariitin guddataa jiruudha. akkuma biyya keenyatti yoo ilaalle faayyadamtoonni mobaayila harkaa Mill. 44.5 darbee jira. kun immoo akka biyya keenyattiis ta’ee, akka addunyaatti ogeeyyiin dhuunfaa fi dhaabbileen Technology hojii kana irratti bobba’an akka baay’ataniif sababa ta’eera.
Maxxansaa har’aa keessatti Mobaayila miidhame suphuuf
(Rakkoo Hardware furuuf ) meeshaalee barbaachisoo ta’aniin wal isin barsiifna. Meeshaaleen kunniin meeshaalee elektirooniksii birootis suphuuf isin gargaaruu danda’u. Haa ta’uu malee meeshaa kana qabaattef suphaa ni taata jechuu keenyaa miti.
Suphaan mobaayilaafi meeshaalee elektiroonikisii kun elektirikiin wal qabata. dhimma elektirikiin wal qabatuuf immoo dursa irratti Safety/ Nageenyatu kennama. kanaafuu, Leenjii barbaachisu (akkaataa itti faayyadama meeshaa kanneenii ) Manneen barnootaa suphaa mobaayilaa galuun fudhachuun ni gorfama.
1. Hiiktuu – Moobayila keenya hiikuu fi hidhuudhaaf nu gargaara. Meeshaan kun manneen suphaa meeshaalee Elektirooniksii hunda keessatti adda dureen kan tajaajila kennuudha. Bilbila tokko hiikuufi suphuuf Hiiktuu gosa hedduu gargaaramuu dandeenya. Hiiktuun suphaa bilbilaaf jedhamanii gurguraman hundi wal faana gabaaf dhihaatu.
2. Multimeter – Reziistaansii fi Voolteejii akkasumas Kaarentii safaruu fi itti fufiinsa Serkiyuutii adda baasuuf nu gargaara.
3. Tinner – Daanda’uu (Zaaguu) dhowwuu fi balfa adda addaa balleessuuf gargaara.
4. Solder Paste – Yeroo Aaysiiwwan buqqisnuu fi keenyu Boordiin keenyaa fi Aayisiiwwan buqqa’an akka isaan hoo’aan hin miidhamneef gargaara.
5. Blower – Hoo’a kennuudhaan aayisiiwwan buqqaasuu fi kaa’uudhaaf nu gargaara.
6. Lead – Qaamota lamaan walitti qabsiisuuf akka wal qabsiisuutti nu gargaara.
7. Jumper wire – Qaamota Serkiyuutii wal gadhiisan lama walitti qabsiisuuf kan faayyadudha.
8. Picker/Twizeer – Aayisii ykn qaamota bilbilaa biraa yeroo Biluuweriidhaan hoo’isnu akka qabduutti meeshaa itti faayyadamnudha.
9. DC power supply – Baatiriirraa vooltii 3.7 kan argamu yoo ta’u, kun qaama voolteejii kennuudha. Akkasumas, bilbilli keenya rakkoo sooftiweerii qabaachuu fi dhiisuu isaa meeshaa nutti agarsiisuu danda’uudha. Dabalataanis, ispiikerii ykn riingerii ilaaluuf nu gargaara.
10. Flash Box – Yeroo suphaa sooftiweeriitti meeshaa kompiitaraa fi bilbila gidduu galuun wal qunnamsiisudha.
11. Board Plate – Boordii bilbila keenyaa yeroo suphinutti ykn yeroo aayisii buqqisnutti akka Boordiin keenya hin sochooneef meeshaa nu gargaarudha.
12. Software cable – Yeroo suphaa sooftiweeriitti bilbila keenyaa fi filaasher booksii meeshaa wal qunnamsiisudha.
13. Computer – Sooftiweerota barbaachisan fe’uuf, filmotaa fi Audio adda addaa fe’uuf baay’ee kan gargaarudha. akkasuma Hardware Library’f ni faayyada.
14. Vibrator – Bilbila bishaan keessa bu’e ykn bilbila biizii ta’e yoo hedduu hin miidhamin meeshaa kana keessa daqiiqaa muraasa tursiisun akka inni hojjatu taasisuu ni danda’a
👆👆👇👇
@samitecno for chnl
@free_ICT_group

dhoksaan hordoofama jirta yoo ta'ee kara 3 ofirra ittistu
Akkuma beekamu yeroo ammaa Application badii hedduutu jira. Namoonni badii tokko tokko Aappiwaan badii kana faayyadamuun nu hordofuus ni danda’u. keessaafuu namni waliin jiraannu yoo tasa walitti mufanne karaa kanaan iccitii keenya butuu ni danda’a. hanga har’aatti namoonni balaa kanaaf saaxilamaniis ni jiru.
Aappiwwan badii yeroo ammaa jiran dandeettin isaanii baay’ee fagaatanii jiru, yoo dhoksaan mobaayila keenya irratti fe’aman salphatti beekun rakkisaadha, dirqama karaalee Aappiwwan badii kana itti too’annu hunda baruu qabna.Kanaafuu har’a namni na hordofaa jira jettanii kan shakkitan yoo tahe akkamitti qulqulleeffachuu akka dandeessan isiniif himna. karaan har’a isiniif himnu Sadi yommuu ta’u, yoo shakkii jabaa qabaattan hanga format gochuutti isin geessaa obsaan dubbisaa irraa hubadhaa.
Karaa 1ffaa , Device Administration kuni mobaayila keenya irratti kan waan guddaa hojjatu yommuu ta’u garuu hedduun namootaa hin beekan. Device Admin hojiin isaa

Itti fufee...
Aappii hojii gurguddaa hojjatan of keessatti hammata.
FKN – Mobaayila keenya fageenya irraa too’achuu yoo barbaanne Device Admin waliin walitti hidhata qaba. Aappiin nuti hojii kanaaf itti gargaaramnu dhufee Device Admin keessa taa’a.
– Aappiin tokko tokko eega yeroo tokko download goonee booda hanga device admin keessaa raayitii fuul-dura jirtu irraa hin balleessinitti Aappicha balleessun hin danda’amu
– Aappiwwan badii yoo dhoksaan mobaayila keenya irratti download godhaman akka nuti hin agarreef fuula mobaayilaa irraa ni dhoksu, Nuti yeroo sana device admin keessa yoo seenne Aappicha ni arganna. battalumatti raayitii fuul-dura jirtu irraa balleessinee hojii isaa dhaabuu ni dandeenya, dabalata maqaa aappichaa qabannee ‘Application manager’ keessa seennee uninstall gochuu ni dandeenya.
kan isin beekuu qabdan Device Admin kan of keessatti qabatu Aappii badii qofaa miti. Aappii security ykn nageenya mobaayila keenya tiksaniis of keessatti ni qabata. kanaafuu isin waan Device Admin keessatti agartan ija shakkiin ilaaluu qabdu malee Aappii badiiti jettanii fudhachuu hin qabdan, yoo waan haaraya agartan search gochuun maalummaa isaa baruu ni dandeessu. ykn akkuma olitti jenne raayitii irraa balleessuun hojii isaa dhaabuu ni dandeessu. Akkamitti ‘Device Administration’ bira dhaquu akka dandeessan
– Setting
– Biometrics and security
– Other security settings
– Device admin apps
Karaa 2ffaa Mobaayila keessan Update gochuu, karaan inni kun yeroo kamuu waan godhamuu qabuudha. Namni akka isin hordofaa jiru shakkii qabaattanii qabaatuu baattaniis hojirra oolchun dirqama taha. Mobaayilli keenya yeroo yeroon akka ‘software update’ goonu ni barbaada, yogguu nuti update goonu sanatti yeroo waliin akka tarkaanfatu ni taasisa, qaawwa adda addaa uumaman cufuu irratti shoora ol’aanaa taphata, Application badii hojirra jiran dhaabus ni danda’a. kanaafuu yeroo mobaayilli keenya software update gochuu barbaade sana battalumatti update gochuun nuhirra jiraata.
Yeroon mobaayilli keenya update itti godhamu yoo gahe bifa
notification dhan gubbaa mobaayila keenyaa irratti nu beeksifama, Nuti yeroo sanatti update gochuuf qophii yoo taane irratti tuquun faana bu’uutu nuhirra jira.
Ykn yeroo nutti toletti Settingii mobaayila keenya keessa seenun Software Update check gochuu qabna. Tartiiba asii gadii hordofaa.
– Settingii keessa seentu
– Software Update kan jedhu irratti tuqxu
– Download and install kan jedhu tuqxu, achi booda mobaayilli keessan yeroon update itti godhamu yoo gahe ofuma isaatif hojii eegalaa isinirraa kan eegamu hanga xumuru obsaan eeggachuu qofa taha.
Karaa 3ffaa , Mobaayila keessan format gochuu. karaan kun mobaayila keessan guutumaa guututti akka guyyaa bitame sanatti deebisa, faayiloota fi Aappii download gootan hunda isin jalaa xaraga, Aappii badii dhoksan fe’amees carraa kanatti faayyadamuun yeroo dhumaatif ni balleessa. Faayiloota adda addaa isin yaachisu yoo qabaattan karaa kana kan faayyadamtan yoo shakkii jabaa qabaattan qofa tahuu qaba. Ykn immoo faayila keessan backup godhachuu ni dandeessu, memory, flash drive fi Laptopi keessan irrattiis dabarfachuu ni dandeessu.
Dhuma irratti kan isin gorsinu Anti virus akka faayyadamtan isin gorsina, yeroo ammaa Anti virus baay’etu jira. Garuu kan nama
miliyoona dhibba shan caalaa biratti fudhatama aragateefi hedduu jaalatamaa ta’e cm security kan jedhamuudha. cm security-n Aappiwwan badii mobaayila keenya keessa jiran qulqulleessuf hedduu nu faayyada. balfa adda addaa mobaayila keenya dhiphisaniis ni qulqulleessa. wanta hin barbaachifne yoo arge nutti baasee akka balleessinu nu gaafata. Nuti yeroo yeroon Aappii cm security kana keessa seennee scan gochuu qofatu nurraa eegama. cm security-n mobaayila qulqulleessuu biratti lock App ni qaba Aappii barbaaddan qulfii itti gochuunii ni dandeessu, kana malees faayidaa biroo ni qaba. sababni guddaan Aappin kun jaalatameef tokko tajaajila hedduu ofirraa qabaachuu isaatini.
Cm Security download gochuuf
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.cleanmaster.security&hl=en
Dubbisuu Keessaniif Galatoomaa!

Forwarded from Sami①
1.Vaayiresin compitera yeroo jaalqaba maal ture?
Anonymous Quiz
32%
Creeper
18%
Trojan h
29%
Code red
21%
I love you
Forwarded from Sami①
2.kannen armaan gadii keessa hardware Kan ta'ee kami?
Anonymous Quiz
47%
A.Monitor
9%
B.Programming
15%
C.Operating system
29%
D.Software