COD-ETยฎ
22.5K subscribers
543 photos
25 videos
101 files
505 links
#COD-ET ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น

๐Ÿ’ป Code โ€ข Learn โ€ข Build
๐Ÿš€ Ethiopiaโ€™s growing developer community

๐ŸŽฏ Tech tips | ๐Ÿ’ก Learning | ๐ŸŒ Web & Apps | ๐ŸŽจ Design | ๐Ÿ’ผ Online opportunities

We build. We learn. We grow. Together.

Smart Code. Smart Security. Ethiopian Soul
Download Telegram
#Chatgpt_4_bilisan

๐ŸคกOdeeffanno suurarra jiruu baallinan barreeffaman waaโ€™ee suura sirritti adda baase isiniif ibsuu ni dandaโ€™aa kan barreeffaman dhiyeessitanif immoo suuran hojjete isiniitti agarsiisa. #hint isiniif kennuudhan Hojiiwwaan dizaayini waliin wal qabatan ni salphisa #chatgpt4

#qormaata illee ittin hojjechuuf filatamadha
๐Ÿ‘‡๐Ÿป๐Ÿ‘‡๐Ÿป
@gpt4bot

School tech
๐Ÿ‘7โค1
#instagram_tricks

#instagram irraa #reels, #video, #photo fi #IGTV bilisaan bilbila fi laptop irratti #download gochuuf weebsaayiti nu gargaarudha.

https://snapinsta.app/#google_vignette

School Tech
๐Ÿ‘5
#MoE #Placement

Bara 2016 barattoonni qormaata kutaa 12ffaa fudhatanii qabxii darbiinsaa argachuun yunivarsiitiiwwan mootummaatti sagantaa idilee fi sirreeffamaatiin barachuu barbaadan hanga Fulbaana 30, 2017tti filannoo Yunivarsitii akka guutan jedhameera.

Filannoo keessan guutuuf karaa barsiisota mana barumsaa keessanitti bakka buโ€™aniin dhaabbataa fi damee barnootaa filachuu ni dandeessu.

Barattoonni yeroo ramaddii deeggarsa addaa barbaadan iyyata isaanii karaa kana qofaan https://student.ethernet.edu.et iyyaachu akka danda'an Ministeerri barnoota dhaameera.

School Tech
๐Ÿ‘8
Qabxiin darbinsa sagantaa fooyya'insaa( Remedial) ifoome.

Ministeerri barnootaa akka beeksiisettii qabxiin seensa sagantaa fooyya'insaa ( Remedial)bara 2016 dhiirootaaf 204 yoo ta'u Shamarraniif ammoo 192 ta'uu Beeksiiseera.

School Tech
๐Ÿ‘8
#Update

Filannoo Yunivarsitii fi damee barnoota guutuun hanga Onkoloolessa 6/2017tti dheerateera.

Bara barnootaa 2016tti  barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhattanii qabxii darbiinsaa argattan guyyaan filannoo Yunivarsitii hanga onkololeessa 6/2017tti dheerachuu ministeerri barnoota beeksiseera.

Kunis kan ta'e, manneen barnoota tokko tokkotti rakkoo Siistama irraa kan ka'e guutuu waan hin dandeenyef jedhameera.

School Tech
๐Ÿ‘9
#Crypto_Bybit

๐ŸŸ 
#Bybit exchanges irratti qarshii Ethiopian #P2P trade gochuun eegalamee jira.

โžก๏ธBuy & Sell crypto with ETB on Bybit๐ŸŸ 

School Tech
๐Ÿ‘5๐Ÿฅฐ1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#Best_Video_editor_tips

Websaayiti kun AI(artificial intelligence) kan deggarame yoo taโ€™u Video editorif akkasumas content creator namoota taโ€™aanif siโ€™ayina kan kennudha.

vidiyoon kessan yeroo ilaalamu akka audience kessanin sirritti ilaalamuuf isiin gargaara.

1.
Pika.art
2.
haliuoai.video
3.
neuralwriter.com

School Tech
๐Ÿ‘7โค3๐Ÿฅฐ1
โš ๏ธ#Of eeggadhaa

Namni linkii inbox Telegram keessan linki suurarra jiruu kana yoo isiniif erge gonkumaa akka hin tuqne!!

Yoo linkii akkasii cuqaastan akkaawuntii Telegram keessan ni dhabdu. Yeroo account keessan dhabdan faayiloota keessan hedduu waliin dhabdu. Kana malees akkaawuntiin Telegram keessan sababa vaayirasichaan to'annaa keessan ala ni taโ€™a

Ammatti namoonni tap to earn sababeeffachun linki gara gara qarshi hojjeta jedhani yoo isinitti ergan akkuma isinitti erganin hin cuuqasina of eegganno godha

Namni link akkasi isiniif ergu yoo jiraate dogoggortani akka hin tuqne.

T.me/schooltech1
๐Ÿ‘3โค2
Forwarded from Michuu Media
$SEED pre market irratti gatii aja'ibaan gurguramaa jira.
Projektii kana hojjechaa hin jirtan taanan daba guddaa ofirratti hojjechaa jirtu.

100 SEED = $120 ๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘
Projektiin kun November list ta'a ๐Ÿ”ฅ

http://t.me/seed_coin_bot/app?startapp=710574778
Forwarded from Michuu Media
PAWS X BLUM

Partiner jalqabaa PAWS BLUM beeksisee jira. Airdrop kun akkuma DOGS dafee list ta'a jedhamee kan eegamuu fi maallaqa gaarii kaffalas jedhamee egama.

Namoonni haga yoona hin eegalle ammuma eegala.

https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=wriMlrTH
๐Ÿ‘2
#Web_Tips

Eth.youbianku.com

Postal koodii naannoole ethiopia keessa jirani fi postal koodii aanaale gara gara ittin argaachuf gargaara

๐Ÿ“Œnamoonni kara onlaayiinii meeshalee gara gara aliexpress fi kkf irraa bittan postal koodii kanatti gargaaramu ni dandeessu.

Eth.youbianku.com

School Tech
โค2๐Ÿ‘2
๐Ÿ’ฐMajor guyyaa boorii ni dhaabbata, kanaafuu hanga dandeessanitti, point achirra fudhachuu dandeessan walitti qabadhaa!

Waan itti aanu walumaan kan ilaallu ta'a!

Kan hojjecha jirtan ๐Ÿ‘

Kan hojjechaa hin jirre โค๏ธ

Nu agarsiisaa
๐Ÿ‘5โค1
Torbee kana irraa eegalee namoonni Blum irra jiranu torbeedhaan $25 argachuu ni eegalu

Kana irratti hirmaachuuf immoo task ''proof of Activity" jedhu xumuruu qabdu. Task kana xumuruufis 0.25Ton kaffaluutu sinirraa eegama

Task kana namoota xumuraniif 1000 Blum point akkasumas namoota 250 tokkoon tokkoon isaaniitiif $25 tu carraadhaan hiramaaf jedhameera
โค3
#Virtual_MasterCard bilisan

Meeqan keessantu
#virtual master card qaba?๐Ÿ”ฅ๐Ÿ’ณ

๐Ÿ“Œ
Bybitin kaffalti tokko malee virtual master card isiinif ni kenna.

๐Ÿ”ฅVirtual Master card kana argachuudhaf account kessan verify taโ€™u Fi Bybit irratti apply gochuun information isiinif gaafatu guutuu Qofan daqiiqa lama keessatti argaachu ni dandeessuโšก

LINK kanan ๐Ÿ‘‡๐Ÿฝseenudhan EMAIL kessanin sign in erga gootani get card kan jedhuu irratti cuqaastu
๐Ÿ“Œ warren account bybit hin qabne immo dursa sign up godha
https://www.bybit.com/fiat/cards?source=referral&campaignId=1686258086857150464&ref=WPNYQXW

Link kanatti Erga buutani information isiin gaafatan hunda erga guuttani daqiiqa 2 booda kara email keessani akka virtual kardin kun isiin dhaqqabe bybit irra ergan isiinif seena ๐Ÿ“ง๐Ÿ’ณ

๐Ÿชช
Virtual Card Kana ONLINE SHOPPING๐Ÿ›’ (Amazon, aliexpress) fi Subscription ๐Ÿ“บ (Netflix) kaffalti ittin rawwachuuf fayyadamu ni dandeessu โœ…

๐Ÿ‘ŒYeroo maallaqa gara gara kaffaltan immo kan inni irra kaffalu bybit account kessan irraati

School Tech
๐Ÿ‘3โค1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Major ๐Ÿช™on Instagram ๐Ÿ˜

Maaliif deebite duuba?
๐Ÿค”1
Major Daily combo
    Reward: 5k Major
    Date: November 8, 2024
   
Guys wa'ee Airdrop PAWS Ammam beekta .
Dhugaa dubbachuuf dogs waliin akka walitti dhufenya qaban akkasuma Notcoin walin
Kanaaf Ani gama koon Akka hin gaabbinee isiinin jedha.

Namoonni dogs isiin jela darbe gaabbii isa ni beektu utuu jalqabaa jenne isiinitti waccinuu.
Kanaaf Mee haa tolus haa baduus kan post kana dubbiste jalqabii
Iddoo START NOW Jedhu tuquun eegali

Jalqabuuf ๐Ÿ‘‰ START NOW
๐Ÿš€ $GEEKS Listing Timeline!

๐Ÿ“Œ15 Nov: Mining ni dhaabbata.
๐Ÿ“Œ 16 Nov: Gara "on-chain fi off-chain" tti erguun ni eegala.

๐Ÿ“Œ 18 Nov: CEX irrati list ni taha

Kanaf kan hin jalqabne jalqabaa

Jalqabuuf ๐Ÿ‘‰ START NOW
Guys airdrop kun list ta'uuf guyyaa muraasatu hafe.
Gatiin isaa 1PGC=0.01$ ni jijjirama.
Kana jechuun:-
โšก๏ธ10000PGC=100$
โšก๏ธ20000PGC=200$

Kanas task furuun fi nama affeeruun reward keessan guddisaa!
Link๐Ÿ‘‰
https://t.me/PiggyPiggyofficialbot/game?startapp=share_7111165600

@schooltech1
@schooltech1