COD-ET®
22.5K subscribers
543 photos
25 videos
101 files
505 links
#COD-ET 🇪🇹

💻 Code • Learn • Build
🚀 Ethiopia’s growing developer community

🎯 Tech tips | 💡 Learning | 🌐 Web & Apps | 🎨 Design | 💼 Online opportunities

We build. We learn. We grow. Together.

Smart Code. Smart Security. Ethiopian Soul
Download Telegram
Websaayitoota Sadii Namni baayyen hin Fayyadamne garuu bu’aa guddaa qaban!

1. Flowgpt.com

Flowgpt.com irratti seenaa gabaaba bifaa animeeshinitin qopheessuuf isiin gargaara

akkuma websaayiti kana seentanin tuttuqa sadii kara harka bitaarra jiruutti bu’uun e-mail kessan galmeessu qabdu sana booda "Story" irratti cuqaasun Karakterii tokko uumuu ykn filachuu ni dandeessu sana booda barreeffama waa’ee. Erga seenaa keeti sirnan irratti barreessite generate goota, viidiyoo animetii bareeda ta'e waa’ee seenaa at dhiyeessitefi irratti hundaa’ee yeroo gabaaba keessati siif ni qopheessa. Namoonni viidiyoo akkasii hedduu uumuudhaan gara midiyaa hawaasa gara garatti share gochuudhan maallaqa irraa ni argaatu akkasumas ittin ni bashannanu

2. Jog.ai

Jog.ai irratti, linkii oomisha kee irraatti galchuudhan waa’ee product keessani bifaa bareeda ta’een analyze tuquudhan beeksisa hojjechu ni dandeessu. -Erga viidiyoof qindaa'ina filattee, barreeffama viidiyoo irraa galchuu ni dandeessa. Ammas avatar fi template filachuudhaan viidiyootti jijjiiruu ni dandeessa. Viidiyoo akka isiinitti toluutti haala salphaan qopheessuu ni dandeessa.

3. Backpackbot.ai

Backpackbot.ai irratti, suuraa keenya upload goonefi genre fi odeeffannoo filachuu ni dandeenya AI'n suuraa keenya muuziqa sirbaatti jijjiiruudhaan gatii aja’iba nuuf kenna.


▎School tech
👍4
#Tiktok_tricks

Tiktoki irratti akka carra video osoo ilaala jirtani refresh gootani ykn app tiktoki cuftani baatani yeroo deebitan video sun yoo isiin jala badee salphaatti argaachudhaf search bar irraatti . (Tuqaa) tokko Barreessitani vidiiyoowwan ilaala turtan argaachu ni dandeessu

School tech
👍6
#Chatgpt_4_bilisan

🤡Odeeffanno suurarra jiruu baallinan barreeffaman waa’ee suura sirritti adda baase isiniif ibsuu ni danda’aa kan barreeffaman dhiyeessitanif immoo suuran hojjete isiniitti agarsiisa. #hint isiniif kennuudhan Hojiiwwaan dizaayini waliin wal qabatan ni salphisa #chatgpt4

#qormaata illee ittin hojjechuuf filatamadha
👇🏻👇🏻
@gpt4bot

School tech
👍71
#instagram_tricks

#instagram irraa #reels, #video, #photo fi #IGTV bilisaan bilbila fi laptop irratti #download gochuuf weebsaayiti nu gargaarudha.

https://snapinsta.app/#google_vignette

School Tech
👍5
#MoE #Placement

Bara 2016 barattoonni qormaata kutaa 12ffaa fudhatanii qabxii darbiinsaa argachuun yunivarsiitiiwwan mootummaatti sagantaa idilee fi sirreeffamaatiin barachuu barbaadan hanga Fulbaana 30, 2017tti filannoo Yunivarsitii akka guutan jedhameera.

Filannoo keessan guutuuf karaa barsiisota mana barumsaa keessanitti bakka bu’aniin dhaabbataa fi damee barnootaa filachuu ni dandeessu.

Barattoonni yeroo ramaddii deeggarsa addaa barbaadan iyyata isaanii karaa kana qofaan https://student.ethernet.edu.et iyyaachu akka danda'an Ministeerri barnoota dhaameera.

School Tech
👍8
Qabxiin darbinsa sagantaa fooyya'insaa( Remedial) ifoome.

Ministeerri barnootaa akka beeksiisettii qabxiin seensa sagantaa fooyya'insaa ( Remedial)bara 2016 dhiirootaaf 204 yoo ta'u Shamarraniif ammoo 192 ta'uu Beeksiiseera.

School Tech
👍8
#Update

Filannoo Yunivarsitii fi damee barnoota guutuun hanga Onkoloolessa 6/2017tti dheerateera.

Bara barnootaa 2016tti  barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhattanii qabxii darbiinsaa argattan guyyaan filannoo Yunivarsitii hanga onkololeessa 6/2017tti dheerachuu ministeerri barnoota beeksiseera.

Kunis kan ta'e, manneen barnoota tokko tokkotti rakkoo Siistama irraa kan ka'e guutuu waan hin dandeenyef jedhameera.

School Tech
👍9
#Crypto_Bybit

🟠
#Bybit exchanges irratti qarshii Ethiopian #P2P trade gochuun eegalamee jira.

➡️Buy & Sell crypto with ETB on Bybit🟠

School Tech
👍5🥰1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#Best_Video_editor_tips

Websaayiti kun AI(artificial intelligence) kan deggarame yoo ta’u Video editorif akkasumas content creator namoota ta’aanif si’ayina kan kennudha.

vidiyoon kessan yeroo ilaalamu akka audience kessanin sirritti ilaalamuuf isiin gargaara.

1.
Pika.art
2.
haliuoai.video
3.
neuralwriter.com

School Tech
👍73🥰1
⚠️#Of eeggadhaa

Namni linkii inbox Telegram keessan linki suurarra jiruu kana yoo isiniif erge gonkumaa akka hin tuqne!!

Yoo linkii akkasii cuqaastan akkaawuntii Telegram keessan ni dhabdu. Yeroo account keessan dhabdan faayiloota keessan hedduu waliin dhabdu. Kana malees akkaawuntiin Telegram keessan sababa vaayirasichaan to'annaa keessan ala ni ta’a

Ammatti namoonni tap to earn sababeeffachun linki gara gara qarshi hojjeta jedhani yoo isinitti ergan akkuma isinitti erganin hin cuuqasina of eegganno godha

Namni link akkasi isiniif ergu yoo jiraate dogoggortani akka hin tuqne.

T.me/schooltech1
👍32
Forwarded from Michuu Media
$SEED pre market irratti gatii aja'ibaan gurguramaa jira.
Projektii kana hojjechaa hin jirtan taanan daba guddaa ofirratti hojjechaa jirtu.

100 SEED = $120 👁👁👁
Projektiin kun November list ta'a 🔥

http://t.me/seed_coin_bot/app?startapp=710574778
Forwarded from Michuu Media
PAWS X BLUM

Partiner jalqabaa PAWS BLUM beeksisee jira. Airdrop kun akkuma DOGS dafee list ta'a jedhamee kan eegamuu fi maallaqa gaarii kaffalas jedhamee egama.

Namoonni haga yoona hin eegalle ammuma eegala.

https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=wriMlrTH
👍2
#Web_Tips

Eth.youbianku.com

Postal koodii naannoole ethiopia keessa jirani fi postal koodii aanaale gara gara ittin argaachuf gargaara

📌namoonni kara onlaayiinii meeshalee gara gara aliexpress fi kkf irraa bittan postal koodii kanatti gargaaramu ni dandeessu.

Eth.youbianku.com

School Tech
2👍2
💰Major guyyaa boorii ni dhaabbata, kanaafuu hanga dandeessanitti, point achirra fudhachuu dandeessan walitti qabadhaa!

Waan itti aanu walumaan kan ilaallu ta'a!

Kan hojjecha jirtan 👍

Kan hojjechaa hin jirre ❤️

Nu agarsiisaa
👍51
Torbee kana irraa eegalee namoonni Blum irra jiranu torbeedhaan $25 argachuu ni eegalu

Kana irratti hirmaachuuf immoo task ''proof of Activity" jedhu xumuruu qabdu. Task kana xumuruufis 0.25Ton kaffaluutu sinirraa eegama

Task kana namoota xumuraniif 1000 Blum point akkasumas namoota 250 tokkoon tokkoon isaaniitiif $25 tu carraadhaan hiramaaf jedhameera
3
#Virtual_MasterCard bilisan

Meeqan keessantu
#virtual master card qaba?🔥💳

📌
Bybitin kaffalti tokko malee virtual master card isiinif ni kenna.

🔥Virtual Master card kana argachuudhaf account kessan verify ta’u Fi Bybit irratti apply gochuun information isiinif gaafatu guutuu Qofan daqiiqa lama keessatti argaachu ni dandeessu

LINK kanan 👇🏽seenudhan EMAIL kessanin sign in erga gootani get card kan jedhuu irratti cuqaastu
📌 warren account bybit hin qabne immo dursa sign up godha
https://www.bybit.com/fiat/cards?source=referral&campaignId=1686258086857150464&ref=WPNYQXW

Link kanatti Erga buutani information isiin gaafatan hunda erga guuttani daqiiqa 2 booda kara email keessani akka virtual kardin kun isiin dhaqqabe bybit irra ergan isiinif seena 📧💳

🪪
Virtual Card Kana ONLINE SHOPPING🛒 (Amazon, aliexpress) fi Subscription 📺 (Netflix) kaffalti ittin rawwachuuf fayyadamu ni dandeessu

👌Yeroo maallaqa gara gara kaffaltan immo kan inni irra kaffalu bybit account kessan irraati

School Tech
👍31
COD-ET® pinned a photo
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Major 🪙on Instagram 😏

Maaliif deebite duuba?
🤔1
Major Daily combo
    Reward: 5k Major
    Date: November 8, 2024
   
Guys wa'ee Airdrop PAWS Ammam beekta .
Dhugaa dubbachuuf dogs waliin akka walitti dhufenya qaban akkasuma Notcoin walin
Kanaaf Ani gama koon Akka hin gaabbinee isiinin jedha.

Namoonni dogs isiin jela darbe gaabbii isa ni beektu utuu jalqabaa jenne isiinitti waccinuu.
Kanaaf Mee haa tolus haa baduus kan post kana dubbiste jalqabii
Iddoo START NOW Jedhu tuquun eegali

Jalqabuuf 👉 START NOW