COD-ETยฎ
20.2K subscribers
625 photos
35 videos
122 files
537 links
#COD-ET ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น

๐Ÿ’ป Code โ€ข Learn โ€ข Build
๐Ÿš€ Ethiopiaโ€™s growing developer community

๐ŸŽฏ Tech tips | ๐Ÿ’ก Learning | ๐ŸŒ Web & Apps | ๐ŸŽจ Design | ๐Ÿ’ผ Online opportunities

We build. We learn. We grow. Together.

Smart Code. Smart Security. Ethiopian Soul
Download Telegram
Chaanalin kun odefanno waa'e technology qabatee dhiyateraa kana malees odefannowwan arifachisa akka argattanif qophi isaa xumureraa
๐Ÿ‘‰ baacoo
๐Ÿ‘‰asoosama
๐Ÿ‘‰diramaa gaggababa
๐Ÿ‘‰taphota
๐Ÿ‘‰ suurale dinqisiso
Qabatee isiinif dhiyaatera kana join gochuun dawwadha
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://t.me/joinchat/AAAAAEk5xa0hw4Q1N7FU8w


#join
#join gochuu hin dagatina
#ngrok
How to Download, install ngrok in Android Termux / Linux [Also work for non-rooted devices]


1. Open Termux And Type Command $ apt update && apt upgrade && apt install python2

2: Login or Signup
Visit this website and Login/signup

3: How to Download
Downlaod .zip file Linux(ARM)
Download

4. Now go to downloaded file folder and click on share Termux Folder
Click on open folder

5. $ ls

6. Now type command $ unzip ngrok-stable-linux-arm.zip

7. How to Install?
Type command ./ngrok (authtoken). Here authtoken is the token that you copy in step-2. As I shown in this screenshot. For privacy reason, i am hidden my authtoken. If will said that file not implemented

8: How to use ngrok?
Type command ./ngrok http 8080. Here 8080 is port you change your country best

--------------------------------------------------------------------------

[%] if No One Understands Anything [%]
Channel name was changed to ยซSami Techยป
(Waan gootu hundaaf dirqama kee bahi!)

Waan barbaaddu argachuuf aarsaa barbaachisu hin kanfaltu taanaan, waan dhabdeef hin boo'iin. Boo'ichi agarsiistuu miidhama keessoo ta'uu irra darbee, furmaata waan boo'amuufii ta'uu hin danda'u. Fiixaan bahuu yoo feete, dirqama deemsi fiixaan bahinsaa sirraa barbaadu guutummaa guutuutti bahi. Waanti fedhe iyyuu hammuma ati ofirraa darbite sirraa fagaata. Eeboon osoo hin darbamiin waraanuu danda'aaree? Hin danda'u! Yaadni ifaajaan hin deeggaramne, deemsi aarsaa kanfalamuuf kutannoo of keessaa hin qabnes akkanuma dharraa ta'e hafa. Abjuu!

Garaagarummaan waan gochuu dandeessuufi waan gootee argamtee gidduu jiru (THE "KNOW - DO GAP") hammantaa ati dirqama kee baatee irratti hundaa'a. Guutummaa guutuuttu waan sirraa eegamu yoo baate, garaagarummaan waan gochuu dandeessuufi gootee argamte jidduu jiru ni dhabama. Fkf:- qorumsa tokko hamma dandeessuu dubbiste 10/10 argachuu osooma dandeessuu irruma keessa ilaaltee 6/10 argatte haa jennu. 10/10 argachuun siif hamma dandeettii kee ykn waanuma beektudha ( what you know). 6/10 immoo waan gootee argamtedha (what you did). Argitee! Waan gootu gochuu dhabuun garaagarummaa hanganaa geessisa. #This is what 'the difference between what you know or what you can do, and what you actually did (The "Know - gap")' it means! Akkana dubbichi!

Danda'uun raawwachuu miti, rawwachuun garuu danda'udha. Hedduutu danda'a; garuu kan dandeettii kana waan qabatamaan lafa kaa'u muraasa. Ni dandeessa. Eeyyeen ni dandeessa! Kanaafuu dandeettii kee ifaajaan miiltomsi. Waan dhabdeef boo'uu dhiisi; waan argachuu feetuuf immoo ifaaji, aarsaas kanfaliif. Kanaan booda waan ta'u ni argita. Bu'aa ifaajuun qabus ni galateeffatta. Nama kanaa ta'i!
~~~~~

@samitech01 ____for channel
@sami01bot __for comment
"Koronaa vaayirasiidhaan yoo qabamte dhagna gubaa kanaan dura tasumaa argitee hin beeknetu sitti dhagahama. Qufaa yookaan mataa dhukkubbii akka isa kanaan dura si mudachaa turee sitti hin fakkaatiin. Akka waan ispoonjiidhaan funyaan kee cufameetti harganuuf baay'ee rakkatta.

Somba kee qilleensaan guutuuf yemmuu humnaan gara keessaatti hargantu qilleensa ol galchuu fi gadi baasuu dadhabda. Yemmuu kana baay'ee sodaatta. Humna guddaan qufa'uu keerraa kan ka'e dadhabbii guddaan hamma of wallaaltutti geessa. Hammuma qufaatu laphee kee, harkaawwan kee, dugda kee, quboota harkaa kee fi quboota miilla keetti dhukkubbiin asii kooti jechuu hin dandeenye sitti dhagahama.

Funyaan keetiin waan qilleensa ol galchuu hin dandeenyeef oksijiinii siif kennu. Kunimmoo ujummoowwan funyaan keetti akka waan ibiddi sitti qabsiifameetti muddama hamaa sitti dhagahamsiisa. Kanaanis hafuura baafachuu yoo dadhabde, hakiimiin biraa dhufee ujummoowwan walakka inchii dheeratu lama liqimsituu kee keessaan gara somba keetti galcha. Kun waanta 'Artificial respirator' jedhamu harganuuf kan si fayyadudha.

Haalli kun baay'ee si jibbisiisuu fi sitti ulfaachuurraa kan ka'e nyaachuu fi dhuguu hin dandeessu. Haala kana keessatti immoo kophaa kee ta'uu waan qabduuf haadha kee, abbaa kee, ijoollee kee, haadha manaa kee, obboleessa kee, obboleettii kee yookaan hiriyoota keetiin wal arguun siif hin eeyyamamu. Sababni isaas dhukkuba si ajjeesuuf jedhu kanaan akka isaan hin faalleefi.

Dhiphina kana hundumaa keessatti kophaa kee ta'uurraa kan ka'e ni sodaatta, ni boocha, si ajjeesuu akka danda'u yaadda. Isuma dhugaa immoo du'uu dandeessa. Namoota jaalattu yaadaa, nama si gaafatu tokko osuu hin argatiin hakiimota lubbuu baraaruuf olii gadi fiiganiin marfamtee hafuura kee waliin waldhaansoo qabaa boocha. Fageenya kee eeggadhu, Maskii godhadhu kan jedhamteefis yeroo sana siif gala."

Dr. Liya Tadesse, Ministeera Fayyaa Itoophiyaa
Madda: Fuula Fb Hana Adem irraa Afaan Amaariffaan kan ture gara Afaan Oromootti akkan hiiketti.


Adaraa hiriyoota koo:-
โžฒ Yoo dirqamtan malee manaa hin bahiinaa, yoo baatan immoo Maskii fayyadamaa, fageenya keessan eeggadhaa. Bishaanii fi saamunaa fayyadamuun harka keessan dhiqadhaa, yookaan Sanitizer fayyadamuun qulqulleeffadhaa. Harka keessan hin qulqulloofneen ija, funyaanii fi Afaan keessan tuttuquurraa of qusadhaa.

Namoota jaallattaniif qoodaa!

๐Ÿ‘‰@samitech01...โ€ฆ. For channel
๐Ÿ‘‰@sami01bot........for comments
Gargaarsi yeroo si barbaachisetti gaafatuu hin sodaatin, yoo gaafachuu dhabde hin argattu.


๐Ÿ‘‰@samitech01
Bakka ga'uu barbaaddu ga'uuf dura ofii fi bakka irra jirtu qeebali.

@sami01bot
Beekaa karoora malee deemurra, gowwaa karooran deemu irra wayya.

Warren Buffett

@sami01bot
๐Ÿ“ก๐Ÿ“กBiyyoota mantagoo Wi-Fi bareedaa qaban 10'n๐Ÿ“ก๐Ÿ“ก

๐Ÿ“ฉHiriyyaa keef qoodi๐Ÿ“ฉ

๐Ÿ”Ÿ. Jersii
Mantagoonshee baayyee cimaadha, giddu galeessaan 30.90 Mbps dha. G/galeessaan Jersii keessatti daqiiqaa 22 gidduutti faayiloota Giigaabaayitii 5 ta'an buusuu ni dandeessu.

9โƒฃ. Hangaarii

34.01 Mbps
Kunis daqiiqaa 20 gidduutti faayiloota 5 GB
Kunis dhaabbiidhaan kan mul'atudha.

8โƒฃ. Luuksemberg
35.14 Mbps

7โƒฃ. Neezerlaandi

35.95 Mbps
Daqiiqaa 18 keessatti 5 GB

6โƒฃ. Beeljiyeem

36.71 Mbps

5โƒฃ. Roomaaniyaa

38.6 Mbps
17 keessatti 5 GB

4โƒฃ. Noorwey

40.12 Mbps

3โƒฃ. Deenmaark

43.99 Mbps
15 keessatti 5 GB

2โƒฃ. Siwiidin

46.0 Mbps
14 keessatti 5 GB

1โƒฃ. Siingaappor

60.39 Mbps
11 keessatti 5GB

๐Ÿ˜‚America๐Ÿ˜‚
25.86 Mbps
26 keessatti 5 GB
Dhugaadha Siingaappor akka magaalaadha, magaalaa xiqqoo. Garuu, interneetaan guddoodha.
๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ขKan Itoophiyaa yoo dubbachuu dhiisne wayya! Maqaadhaaf 15 Mbps dha garuu, amma 8 Mbps hin hojjetu!!

@sami01bot
#Lebanon

Dhohiinsa Beeruut keessatti uumamee hordofuun hospitaaloonni miidhamtootaan dhiphachuun himame.

Hogganaan Waldaa Fannoo Diimaa Libanoon Joorji Kitaneeh midiyaalee biyyattiif akka himanitti, namoonni dhibbaan lakkaโ€™aman dhohiinsa kanaan madaโ€™aniiru.

Namoonni hedduun naannoo dhoโ€™iinsi itti mudate kanatti ugguramanii waan jiraniif, lakkoofsa namoota madaโ€™aanii sirnaan beekun rakkisaa taโ€™u himan.

Miidiyaa biyyatti LBCtti akka himanitti, Waldaan Fannoo Diimaa namoonni deeggarsa lubbuu baraarsaa gaafatan heddummachuudhaan muddameera.

Ambulaansonni lubbu baraarsaaf naannichatti ergamuun boodas hospitaaloonni namoota miidhamaniin dhiphateera.

Gabaastuu AFP Maayaa Gibiliiy waabeefachun akka BBCn gabaaseetti dhukkubsattoonni hospitaala guutanii, kaan isaanii deebi'aa jiru.

@sami01bot
Channel name was changed to ยซSami Techยฎยป
#UPDATE

Dhohiinsa Libanoon Beerut keessatti kaleessa muudateen hanga ganama har'atti (Roobii) lubbuun namoota 100 ol darbuu akkasumas namoonni 4,000 ol madaa'aniiru jechuun 'CGTN Africa' gabaaseera.

๐Ÿ“ท: CGTN
@samitecno
@samitecno
๐Ÿ“ขChaanaalii keenya sami Techยฎ irraa wantoota Teknooloojii wajjin walqabatan Afaan Oromootiin barnoota hedduu ni argattu! Isaan keessaa muraasni: -

โœ… Beekumsa bal'aa waa'ee Teknooloojii isin barsiisna!
โœ… Akkaataa ittiin 'social media' cabsan ykn 'hack' godhan isin barsiisna!
โœ… Kanneen akka FB, IMO, WhatsApp, Email, Mobile card fi kkf akkaataa ittiin cabsuu dandeessan ibsa bal'aa waliin isin barsiisna!
โœ… Moosaajiiwwan haaraa waliin wal isin barsiisna!
โœ… Viidiyoolee isin bashannansiisan isiniif maxxansina!
โœ… Addunyaa Teknooloojii keessa isin jiraachisna!!

๐Ÿ“ŒMaarree warreen Email qabdan akka maamila nuuf taatan kabajaan isin gaafanna!!

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

๐Ÿ”ฐLink (geessituu) kanaan seenaatii subscribe godhaa๐Ÿ”ฐ


https://www.youtube.com/channel/UCqa_w-cdWthtKZDB86O9ADw
Forwarded from Super Oromo sport (Abdii)
Eessa jirtaan gadi dhiifameera share godhi
Liinkiin kunooti https://youtu.be/r2W_g5l83aQ
kan teedii afiroo guyyatti nama miiliyoona tokkotu ilaale kun xiiqiidha Share godhi group kee hunda keessatti
Share itti roobsi kan teedii share kuma digdamaa ol qaba atis group kee hundatti share godhi.๐Ÿ™
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†โ˜โ˜๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†โ˜โ˜

#UPDATE

Dhohiinsa Libanoon Beerut keessatti kaleessa muudateen hanga ganama har'atti (Roobii) lubbuun namoota 100 ol darbuu akkasumas namoonni 4,000 ol madaa'aniiru jechuun 'CGTN Africa' gabaaseera.

๐Ÿ“ท: CGTN
@samitecno
@samitecno