COD-ETยฎ
22.4K subscribers
543 photos
25 videos
101 files
505 links
#COD-ET ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น

๐Ÿ’ป Code โ€ข Learn โ€ข Build
๐Ÿš€ Ethiopiaโ€™s growing developer community

๐ŸŽฏ Tech tips | ๐Ÿ’ก Learning | ๐ŸŒ Web & Apps | ๐ŸŽจ Design | ๐Ÿ’ผ Online opportunities

We build. We learn. We grow. Together.

Smart Code. Smart Security. Ethiopian Soul
Download Telegram
Bu'aan Qormaata biyyalessaa kutaa 12ffaa Wiixata gallakkifama jechuunis Qaamme 4 2016 irraa eegale laallachuun nii danda'ama
#kutaa_12ffaa

Ministeerri Barnootaa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa ilaalchisee miidiyaaf ibsa kenneera. Ibsa kanaanis qabxiiwwan armaan gadii kaafameera:

๐Ÿ“Œ Buโ€™aan qormaata kutaa 12ffaa guyyaa harโ€™aa halkan saโ€™a 6tti gadhiifama.

๐Ÿ“Œ Galmee bara kana irratti fooyyaโ€™iinsi taassifameera. Bara darbe barattoota galmaaโ€™an keessaa barattoonni 1,246 qormaati isaanii jalaa kan haqame yommuu taโ€™u, bara kana fooyyaโ€™iinsa kanaan barattoota 365 qofatu qormaati isaanii jalaa haqame.

๐Ÿ“Œ Bara kana qormaata walmakaatu kenname, barattoonni oonlaayiniifi waraqaa irratti qoramaniiru. Walii gala, barattoonni oonlaayin qoraman lakkoofsaan 29,736 dha, isaan keessaas dhibbeentaa 26.6 tu darbe

๐Ÿ“Œ Oonlaayin qoruun waraqaa irratti qoruu akka caalu hubatame, sababa kanaan qormaata oonlaayin haala fooyyaโ€™aan qoruu irratti ni hojjetama.

๐Ÿ“Œ Barattoonni 313 sababa seera qormaataa diiganiif qormaati isaanii jalaa haqameera.

๐Ÿ“Œ Qabxii guddaan bara kanaa shamarraniin galmaaโ€™e. Saayinsii Uumamaa irraa qabxii 575/600 mana barnootaa Kaateediraal irraa, Saayinsii Hawaasaa irraa qabxii 538/600 mana barnootaa Itiyoo Paarent irraa galmaaโ€™eera.

๐Ÿ“Œ Tigraayitti qormaanni bara kana 700 keessaa kan qorame yommuu taโ€™u, qabxii guddaan 675/700 galmaaโ€™eera. Naannoolee biroo irraa shamarraniin qabxii guddaa galmeessaniiru.

๐Ÿ“Œ Bara kana manni barnootaa 1,363 barataa tokkollee hin dabarsine.
๐Ÿ‘4๐Ÿ‘2๐Ÿฅฐ1
๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป ๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป
๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ
๐ŸŒป2017๐ŸŒปแˆ˜แˆแŠซแˆ๐ŸŒปแŠ แ‹ฒแˆต แŠ แˆ˜แ‰ต๐ŸŒป

            ๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป
     แˆ˜แˆแŠซแˆ๐ŸŒปแŠ แ‹ฒแˆตแ‹“ แˆ˜แ‰ต
  แˆ˜แˆแŠซแˆ๐ŸŒป     แŠ ๐ŸŒปแ‹ฒ๐ŸŒปแˆต
แˆ˜แˆแŠซแˆ ๐ŸŒป        แ‹“๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแ‰ต
แˆˆแ‹ˆแ‹ณแŒ„ ๐ŸŒป          แ‹“๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแ‰ต
๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป        แŠ ๐ŸŒปแ‹ฒ๐ŸŒปแˆต
                         แ‹“๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแ‰ต
                       แŠ ๐ŸŒปแ‹ฒ๐ŸŒปแˆต
                     แŠ ๐ŸŒปแ‹ฒ๐ŸŒปแˆต
                   แ‹“๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแ‰ต
                 แŠ ๐ŸŒปแ‹ฒ๐ŸŒปแˆต
            แ‹“๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแ‰ต
        แŠ ๐ŸŒปแ‹ฒ๐ŸŒปแˆต
      แ‹“๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแ‰ต
   แŠ ๐ŸŒปแ‹ฒ๐ŸŒปแˆต
แ‹“๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแ‰ต               ๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป
๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแˆ ๐ŸŒปแŠซ๐ŸŒปแˆ๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป
๐ŸŒปแŠ ๐ŸŒปแ‹ฒ๐ŸŒปแˆต๐ŸŒปแ‹“๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแ‰ต ๐ŸŒป

            ๐ŸŒป   ๐ŸŒป   ๐ŸŒป
      ๐ŸŒปแˆ˜แˆ๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒปแŠซแˆ๐ŸŒป
  แŠ ๐ŸŒปแ‹ฒ๐ŸŒปแˆต          แ‹“๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแ‰ต
แŠ ๐ŸŒปแ‹ฒ๐ŸŒปแˆต            แ‹“๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแ‰ต
แŠ ๐ŸŒปแ‹ฒ๐ŸŒปแˆต              แ‹“๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแ‰ต
แŠ ๐ŸŒปแ‹ฒ๐ŸŒปแˆต              แ‹“๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแ‰ต
แŠ ๐ŸŒปแ‹ฒ๐ŸŒปแˆต              แ‹“๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแ‰ต
แŠ ๐ŸŒปแ‹ฒ๐ŸŒปแˆต              แ‹“๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแ‰ต
แŠ ๐ŸŒปแ‹ฒ๐ŸŒปแˆต              แ‹“๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแ‰ต
แŠ ๐ŸŒปแ‹ฒ๐ŸŒปแˆต            แ‹“๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแ‰ต
  แŠ ๐ŸŒปแ‹ฒ๐ŸŒปแˆต          แ‹“๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแ‰ต
       ๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแˆ๐ŸŒปแŠซ๐ŸŒปแˆ๐ŸŒป
             ๐ŸŒป  ๐ŸŒป  ๐ŸŒป

                    
                ๐ŸŒป๐ŸŒปแŠ แ‹ฒแˆต
           ๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒปแŠ แˆ˜แ‰ต
        ๐ŸŒป๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแˆแŠซแˆ
   ๐ŸŒป๐ŸŒปแŠ แ‹ฒแˆต๐ŸŒปแ‹“แˆ˜แ‰ต
            แŠ แ‹ฒแˆต๐ŸŒปแ‹“แˆ˜แ‰ต
            แŠ แ‹ฒแˆต๐ŸŒปแ‹“แˆ˜แ‰ต
            แŠ แ‹ฒแˆต๐ŸŒปแ‹“แˆ˜แ‰ต
            แŠ แ‹ฒแˆต๐ŸŒปแ‹“แˆ˜แ‰ต
            แŠ แ‹ฒแˆต๐ŸŒปแ‹“แˆ˜แ‰ต
            แŠ แ‹ฒแˆต๐ŸŒปแ‹“แˆ˜แ‰ต
            แŠ แ‹ฒแˆต๐ŸŒปแ‹“แˆ˜แ‰ต
            แŠ แ‹ฒแˆต๐ŸŒปแ‹“แˆ˜แ‰ต
            แŠ แ‹ฒแˆต๐ŸŒปแ‹“แˆ˜แ‰ต
            แŠ แ‹ฒแˆต๐ŸŒปแ‹“แˆ˜แ‰ต
  ๐ŸŒปแˆ˜แˆแŠซแˆ  ๐ŸŒป แŠ แ‹ฒแˆตแ‹“แˆ˜แ‰ต
  ๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป
   แŠ แ‹ฒแˆตแ‹“แˆ˜แ‰ต๐ŸŒปแˆˆแ‹ˆแ‹ณแŒ„๐ŸŒป๐ŸŒป
  ๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป

๐ŸŒบ แ‹ญ๐ŸŒปแˆ…๐ŸŒป๐ŸŒปแŠ ๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแ‰ต๐ŸŒป๐ŸŒผ
แ‹จ๐ŸŒปแˆฐ๐ŸŒปแˆ‹๐ŸŒปแˆ๐ŸŒป๐ŸŒปแŠ แˆ˜แ‰ต๐ŸŒป๐ŸŒท
แ‹จ๐ŸŒปแ๐ŸŒปแ‰…๐ŸŒปแˆญ ๐ŸŒป๐ŸŒปแŠ แˆ˜แ‰ต๐ŸŒป๐ŸŒท
                               แ‹จ๐ŸŒปแˆžแŒˆแˆต ๐ŸŒป          
                             แ‹จ๐ŸŒปแŠญแ‰ฅแˆญ  ๐ŸŒป        
                            แ‹จ๐ŸŒปแˆนแˆ˜แ‰ต๐ŸŒป
                           แ‹จ๐ŸŒปแ‰ณแˆ‹แ‰…แАแ‰ต๐ŸŒป        
                            ๐ŸŒปแ‹“แˆ˜แ‰ต ๐ŸŒผ
              ๐ŸŒป๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒป๐ŸŒท๐ŸŒน๐Ÿฅ€
              ๐ŸŒปแ‹ญ๐Ÿฅ€แˆ๐ŸŒนแŠ•๐ŸŒทแˆ‹๐ŸŒผแ‰ฝ๐ŸŒนแˆ ๐ŸŒพ  
               ๐ŸŒป๐Ÿฅ€ ๐ŸŒผ    ๐Ÿฅ€๐ŸŒน๐ŸŒบ   ๐ŸŒท         
                        ๐ŸŒปแ‹จแ‰ แˆจแŠจแ‰ต ๐ŸŒป
                       ๐ŸŒปแ‹จแˆนแˆ˜แ‰ต ๐ŸŒป
                      ๐ŸŒปแ‹จแˆแˆญแ‰ƒแ‰ต ๐ŸŒป
                     ๐ŸŒปแ‹จแˆ˜แŒแ‹›แ‰ต ๐ŸŒป
                    ๐ŸŒปแ‹จแŠจแแ‰ณ ๐ŸŒท๐ŸŒป
                    ๐ŸŒปแ‹“แˆ˜แ‰ต ๐ŸŒท๐ŸŒป
                    ๐ŸŒป แ‹ญแˆแŠ• ๐ŸŒป๐ŸŒป
                   ๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป
                   ๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ

๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡นแˆ€แŒˆแˆซแ‰ฝแŠ• แˆฐแˆ‹แˆ แ‹จแˆแ‰ตแˆ†แŠ•แ‰ แ‰ต ๐Ÿ™ ๐Ÿ•Š๐ŸŒป๐ŸŒป
๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป  แ‹ซแˆฐแ‰ฅแАแ‹ แ‹จแˆšแˆณแŠซแ‰ แ‰ต          ๐ŸŒป๐ŸŒป
๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป                                         ๐ŸŒป๐ŸŒป
๐ŸŒปแ‹จแŠซแˆณ๐ŸŒปแ‹จแˆฐแˆ‹แˆ๐ŸŒปแ‹จแŒคแŠ“๐ŸŒปแ‹จแ‰ แˆจแŠจแ‰ต๐ŸŒป๐ŸŒป
๐ŸŒป๐ŸŒนโฃ๐ŸŒพแ‹“แˆ˜แ‰ต ๐Ÿ’๐ŸŒทแ‹ญแˆแŠ•แˆแŠ•แข๐ŸŒป๐Ÿ•Š๐ŸŒป๐ŸŒป



๐ŸŒปschooltech๐ŸŒป
๐Ÿ‘10
Forwarded from TIKVAH AFAAN OROMOO
Qabxiin barattoota sagantaa sirreefama (Remediyaalii) ifoome.


Qabxiin barattoota bara 2016 sagantaa sirreeffama dhaabbilee gara garaatti hordofaa turan ifoomee jira.

Barattoonni qabxii isaanii karaa liinkii armaan gadiitiin ilaaluu dandaโ€™u.

https://result.ethernet.edu.et/

@tikvahethafaanoromoo
๐Ÿ‘4
#DV2026

Iyyanni Viizaa (DV) US Diversity (DV) bara 2026 boru irraa eegalee banaa ta'a.

Bara baajataa 2026'f carraa viizaa (DV) hanga kuma 55 taโ€™u qophaa'ee jira.

Iyyachuuf kaffaltiin hin barbaachisu.

Ameerikaan namoota kumaatamaan lakkaaโ€™aman Itoophiyaa dabalatee biyyoota adda addaa irraa karaa Diversity Viizaa (DV) akka fudhattu beekamaadha.

Boru odeeffannoo bal'aa isiniif dhiyeessina

@schooltech1
๐Ÿ‘3
DV Guutuun eegalameera!!

Ministeerri Dhimma Alaa U.S.A har'a sagantaa waggaa Diversity Visa (
#DV) / "Green Card Lottery" jedhamuun beekamu iyyattoota Ameerikaa keessa jiraachuu fi hojjechuu barbaadaniif baneera.

Akka ibsa Ministeera Dhimma Alaa ibsetti sagantichi harโ€™a Roobii Fulbaana 22 irraa eegalee hanga Onkoloolessa 26, 2017 xumurama.

Sagantaa amma jiruun Ameerikaan lammiilee biyya alaa tilmaamaan kuma 55 taโ€™aniif kaardii magariisaa/Green card/ ni kenniti.

DV galmaaโ€™uuf/iyyachuuf
#kaffaltiin_akka_hin_jirre ibsameera.

Walumaagalatti Itoophiyaa dabalatee biyyoota hedduu irraa iyyattoonni DV guutuuf ulaagaa guutan kuma 55 sirna keessootiin akka tasaa filatamu.

#Qajeelfama barbaachisaa, ulaagaalee fi iyyachuuf marsariitii sirrii kana hordofaa: https://dvprogram.state.gov/

Ministeerri Dhimma Alaa Yunaayitid Isteets iyyattoonni DV iyyachuuf
#kaffaltiin barbaachisu waan hin jirreef gowwoomsitoota irraa akka of eeggatan dhaamsa dabarseera.

@Schooltech1
๐Ÿ‘4
Odeeffanno balโ€™inan waaโ€™ee dv 2026

DV 2026 %70 carra kana akka mootaniif wantoota isiin gargaaran akka kana gadiitti isiinif qopheessineerra

DV guutuuf ulaagaalee barbaachisan:
1. Maqaa hanga akaakayyuu
2. Bakka dhalootaa
3. Bakka jireenyaa
4. Guyyaa dhalootaa, ji'aa fi waggaa
5. Suuraa gurdi (ji'a jaha asitti kan kaatan) 600 600 pxl fi 240kb size ta'uu qaba duddubni suura keessani white background taโ€™u qaba,kofiya, eye glass, ๐Ÿงฃ scarves fi warqi morma akkasumas wantootni amanti gara gara wajjin wal qabatan mormaa fi fuulatti godhachun hin eyyamamuu, gurri keessan laman sirnan mullachu qaba, fuulli keessan ifaa gaha taโ€™e qabachu fi smile taโ€™u qaba
6. Sadarkaa barnootaa
7. Lakkoofsi bilbilaa fi email yoo jiraate (yoo hin jirre homaa rakko hin qabu) .
8. Paaspoortiin yoo jiraate (yoo hin jiraanne rakko hin qabu) ykn dirqama miti jechuudha

Miseensi maatii mucaa ykn haadha manaa yoo qabatte, odeeffannoo armaan olii addatti waaโ€™ee mucaa kessaani ykn hadhaa mana keessani akka armaan gadiitti guutuu qabdu.

1. Maqaa akaakayyuuf
2. Bakka dhalootaa
3. Bakka jireenyaa
4. Guyyaa dhalootaa, ji'aa fi waggaa
5. Suuraa gurdi (ji'a jaha asiitti kaโ€™e/te) 600 600 pxl fi 240kb size ta'uu qaba white background, kofiya, eye glass, ๐Ÿงฃ scarves fi warqi morma akkasumas wantootni amanti gara gara argisisan hin eyyamaman, gurri keessan laman sirnan mullachu qaba
6. Sadarkaa barnootaa(sadarka 1ffa irra kaase hanga masters fi isaa ol ykn muxaanno hojii wagga 2 fi isaa olii
7. Lakkoofsi bilbilaa fi email yoo jiraate (yoo hin jirre homaa hin qabu) .
8. Paaspoortiin yoo jiraate (yoo hin jiraanne rakko hin qabu) ykn dirqama miti jechuudha.

๐ŸŽฏYeroo guuttani xumurtan koodii mirkaneessaa bifa Softcopy ykn Hardcopitin qabachu qabdu

๐Ÿ‘จโ€๐Ÿ‘ฉโ€๐Ÿ‘งโ€๐Ÿ‘ฆNamoonni akkuma bara darbe isiinif guuta turre bara kanaas akka isiinif guutamu barbaaddan kara keesso nu dubbisuun odeeffanno armaan olii kana sirnaan nuuf erga
@samilearn
0935089786
๐Ÿ‘7
COD-ETยฎ pinned ยซOdeeffanno balโ€™inan waaโ€™ee dv 2026 DV 2026 %70 carra kana akka mootaniif wantoota isiin gargaaran akka kana gadiitti isiinif qopheessineerra DV guutuuf ulaagaalee barbaachisan: 1. Maqaa hanga akaakayyuu 2. Bakka dhalootaa 3. Bakka jireenyaa 4. Guyyaa dhalootaaโ€ฆยป
โœ๏ธ๐Ÿ‘ฉโ€๐Ÿ‘งโ€๐Ÿ‘ฆDear Huawei ICT Academy Students,

Congratulations!

Here is the link for the Students Competition in the Huawei ICT Competition 2024-2025 for Northern Africa(Practice competition).

Registration Link: https://e.huawei.com/en/talent/#/ict-academy/ict-competition/regional-competition?zoneCode=026902&zoneId=98269642&compId=85131998&divisionName=North%20Africa&type=C001&isCollectGender=N&enrollmentDeadline=undefined&compTotalApplicantCount=209

Please follow the following three steps
1. Must be Huawei ICT Academy Member (Associate to your University Huawei ICT Academy)
for approval2. Must use different account from your previous Huawei ICT Academy
3. Register for the competition track
4. Attend the learning space

Schedule
Registration: -September-November 10
Preliminary exam: November 15/2024
National Final National ICT Competition: - December 27/2024

Schooltech
๐Ÿ‘3
Cats ๐Ÿˆโ€โฌ› boruu saโ€™aati 7 irratti list taโ€™a

Token akka isiinif galee Wallet itti connect gootan check godhaa warren bitgetitti connect gootan seena jira ilaala.
Websaayitoota Sadii Namni baayyen hin Fayyadamne garuu buโ€™aa guddaa qaban!

โ–Ž1. Flowgpt.com

Flowgpt.com irratti seenaa gabaaba bifaa animeeshinitin qopheessuuf isiin gargaara

akkuma websaayiti kana seentanin tuttuqa sadii kara harka bitaarra jiruutti buโ€™uun e-mail kessan galmeessu qabdu sana booda "Story" irratti cuqaasun Karakterii tokko uumuu ykn filachuu ni dandeessu sana booda barreeffama waaโ€™ee. Erga seenaa keeti sirnan irratti barreessite generate goota, viidiyoo animetii bareeda ta'e waaโ€™ee seenaa at dhiyeessitefi irratti hundaaโ€™ee yeroo gabaaba keessati siif ni qopheessa. Namoonni viidiyoo akkasii hedduu uumuudhaan gara midiyaa hawaasa gara garatti share gochuudhan maallaqa irraa ni argaatu akkasumas ittin ni bashannanu

โ–Ž2. Jog.ai

Jog.ai irratti, linkii oomisha kee irraatti galchuudhan waaโ€™ee product keessani bifaa bareeda taโ€™een analyze tuquudhan beeksisa hojjechu ni dandeessu. -Erga viidiyoof qindaa'ina filattee, barreeffama viidiyoo irraa galchuu ni dandeessa. Ammas avatar fi template filachuudhaan viidiyootti jijjiiruu ni dandeessa. Viidiyoo akka isiinitti toluutti haala salphaan qopheessuu ni dandeessa.

โ–Ž3. Backpackbot.ai

Backpackbot.ai irratti, suuraa keenya upload goonefi genre fi odeeffannoo filachuu ni dandeenya AI'n suuraa keenya muuziqa sirbaatti jijjiiruudhaan gatii ajaโ€™iba nuuf kenna.


โ–ŽSchool tech
๐Ÿ‘4
#Tiktok_tricks

Tiktoki irratti akka carra video osoo ilaala jirtani refresh gootani ykn app tiktoki cuftani baatani yeroo deebitan video sun yoo isiin jala badee salphaatti argaachudhaf search bar irraatti . (Tuqaa) tokko Barreessitani vidiiyoowwan ilaala turtan argaachu ni dandeessu

School tech
๐Ÿ‘6
#Chatgpt_4_bilisan

๐ŸคกOdeeffanno suurarra jiruu baallinan barreeffaman waaโ€™ee suura sirritti adda baase isiniif ibsuu ni dandaโ€™aa kan barreeffaman dhiyeessitanif immoo suuran hojjete isiniitti agarsiisa. #hint isiniif kennuudhan Hojiiwwaan dizaayini waliin wal qabatan ni salphisa #chatgpt4

#qormaata illee ittin hojjechuuf filatamadha
๐Ÿ‘‡๐Ÿป๐Ÿ‘‡๐Ÿป
@gpt4bot

School tech
๐Ÿ‘7โค1
#instagram_tricks

#instagram irraa #reels, #video, #photo fi #IGTV bilisaan bilbila fi laptop irratti #download gochuuf weebsaayiti nu gargaarudha.

https://snapinsta.app/#google_vignette

School Tech
๐Ÿ‘5
#MoE #Placement

Bara 2016 barattoonni qormaata kutaa 12ffaa fudhatanii qabxii darbiinsaa argachuun yunivarsiitiiwwan mootummaatti sagantaa idilee fi sirreeffamaatiin barachuu barbaadan hanga Fulbaana 30, 2017tti filannoo Yunivarsitii akka guutan jedhameera.

Filannoo keessan guutuuf karaa barsiisota mana barumsaa keessanitti bakka buโ€™aniin dhaabbataa fi damee barnootaa filachuu ni dandeessu.

Barattoonni yeroo ramaddii deeggarsa addaa barbaadan iyyata isaanii karaa kana qofaan https://student.ethernet.edu.et iyyaachu akka danda'an Ministeerri barnoota dhaameera.

School Tech
๐Ÿ‘8
Qabxiin darbinsa sagantaa fooyya'insaa( Remedial) ifoome.

Ministeerri barnootaa akka beeksiisettii qabxiin seensa sagantaa fooyya'insaa ( Remedial)bara 2016 dhiirootaaf 204 yoo ta'u Shamarraniif ammoo 192 ta'uu Beeksiiseera.

School Tech
๐Ÿ‘8
#Update

Filannoo Yunivarsitii fi damee barnoota guutuun hanga Onkoloolessa 6/2017tti dheerateera.

Bara barnootaa 2016tti  barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhattanii qabxii darbiinsaa argattan guyyaan filannoo Yunivarsitii hanga onkololeessa 6/2017tti dheerachuu ministeerri barnoota beeksiseera.

Kunis kan ta'e, manneen barnoota tokko tokkotti rakkoo Siistama irraa kan ka'e guutuu waan hin dandeenyef jedhameera.

School Tech
๐Ÿ‘9
#Crypto_Bybit

๐ŸŸ 
#Bybit exchanges irratti qarshii Ethiopian #P2P trade gochuun eegalamee jira.

โžก๏ธBuy & Sell crypto with ETB on Bybit๐ŸŸ 

School Tech
๐Ÿ‘5๐Ÿฅฐ1