Guys #airdrop hunda #scamidha jettani hin yaadina osoo shakkitani carran hedduu isiin jala baha jira osoo jalqabdani jiraattani wanti isiniitti hir’aatu hin jiru ture #projectiwwan kana gadii jiran kun project ijoodha yeroon itti list ta’ani #qarshi argamsiisanis kan beekamedha yoo xiqqate seenati taskiwwan achii jala jiran hojjedha warri account bayyee qabdanis hanga dandeessan hojjedha.
1.hamster_September 26
2.lost dog
3.memefi—September 16
4.Cats
5.CEO
6.Blum
7.Wcoin
8.yescoin
9.major
10.tomarket
@schooltech1
1.hamster_September 26
2.lost dog
3.memefi—September 16
4.Cats
5.CEO
6.Blum
7.Wcoin
8.yescoin
9.major
10.tomarket
@schooltech1
Telegram
Hamster Verse
Description: Welcome to the HamsterVerse!
Play, have fun, and earn $HMSTR in the amazing games across our ecosystem.
Big updates are coming soon!

👍2❤1
#list_date
#Rocky_Rabbit exchange gurgudda irratti gaafa Sept 23 akka list ta’u beeksisani jiru🎉
Kan hin jalqabin amma jalqaba
https://t.me/rocky_rabbit_bot/play?startapp=frId838712052

🔔 Big News for Rocky Rabbit Fans!
We are excited to announce that RabBitcoin (RBTC) will be officially listed on major exchanges starting September 23rd! ⭐ But that's not all—an airdrop will also be happening on the same day!
Prepare to trade RBTC on top platforms and be a part of this incredible journey. Mark your calendars and stay tuned for more exciting updates!
Thank you for being an essential part of our amazing community. Together, we're hopping toward success! 🐰
Kan hin jalqabin amma jalqaba
https://t.me/rocky_rabbit_bot/play?startapp=frId838712052
Lakkoofsa isiniif bilbilame hin beektan yoo ta’ee bot 🤖 kanan enyuumma nama sana adda baasu ni dandeessu
@Truecaller_z_bot
@schooltech1
@Truecaller_z_bot
@schooltech1
👍2
Forwarded from X Empire Community
Save the date — September 30th
Frens, we’re excited to announce the final date for the mining phase: September 30th.
That means we have less than a month before our project enters the next phase.
September 30th is your last chance to level up your character, invite friends, and earn coins.
After that, the gameplay will pause as we move on to token distribution, and the X Empire app will introduce a new product that’s here to stay, evolving and growing alongside all of us.
For those already with us, it’s a great opportunity to push further and climb the rankings.
For newcomers, it’s the perfect time to get a quick drop and join a community that has much more in store after the listing.
As I’ve said before, the best is yet to come. This September, we’ll be rolling out massive releases and introducing groundbreaking features to the Telegram Mini Apps market.
Let’s go, frens!
Alex.

Cats premarket gate.io irratti lakkiseera
Jalqabuuf
t.me/catsgang_bot/join?startapp=vDDGhJANekLpEH4deUxfJ
School tech
akka qalditti hin ilaalina hojjedha
Jalqabuuf
t.me/catsgang_bot/join?startapp=vDDGhJANekLpEH4deUxfJ
School tech
#kutaa_12ffaa
Ministeerri Barnootaa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa ilaalchisee miidiyaaf ibsa kenneera. Ibsa kanaanis qabxiiwwan armaan gadii kaafameera:
📌 Bu’aan qormaata kutaa 12ffaa guyyaa har’aa halkan sa’a 6tti gadhiifama.
📌 Galmee bara kana irratti fooyya’iinsi taassifameera. Bara darbe barattoota galmaa’an keessaa barattoonni 1,246 qormaati isaanii jalaa kan haqame yommuu ta’u, bara kana fooyya’iinsa kanaan barattoota 365 qofatu qormaati isaanii jalaa haqame.
📌 Bara kana qormaata walmakaatu kenname, barattoonni oonlaayiniifi waraqaa irratti qoramaniiru. Walii gala, barattoonni oonlaayin qoraman lakkoofsaan 29,736 dha, isaan keessaas dhibbeentaa 26.6 tu darbe
📌 Oonlaayin qoruun waraqaa irratti qoruu akka caalu hubatame, sababa kanaan qormaata oonlaayin haala fooyya’aan qoruu irratti ni hojjetama.
📌 Barattoonni 313 sababa seera qormaataa diiganiif qormaati isaanii jalaa haqameera.
📌 Qabxii guddaan bara kanaa shamarraniin galmaa’e. Saayinsii Uumamaa irraa qabxii 575/600 mana barnootaa Kaateediraal irraa, Saayinsii Hawaasaa irraa qabxii 538/600 mana barnootaa Itiyoo Paarent irraa galmaa’eera.
📌 Tigraayitti qormaanni bara kana 700 keessaa kan qorame yommuu ta’u, qabxii guddaan 675/700 galmaa’eera. Naannoolee biroo irraa shamarraniin qabxii guddaa galmeessaniiru.
📌 Bara kana manni barnootaa 1,363 barataa tokkollee hin dabarsine.

👏4👍2🥰1
🌻🌻🌻🌻🌻 🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼
🌻2017🌻መልካም🌻አዲስ አመት🌻
🌻🌻🌻
መልካም🌻አዲስዓ መት
መልካም🌻 አ🌻ዲ🌻ስ
መልካም 🌻 ዓ🌻መ🌻ት
ለወዳጄ 🌻 ዓ🌻መ🌻ት
🌻🌻🌻🌻 አ🌻ዲ🌻ስ
ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ
አ🌻ዲ🌻ስ
ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ
ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ
ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ
ዓ🌻መ🌻ት 🌻🌻🌻🌻
🌻መ🌻ል 🌻ካ🌻ም🌻🌻🌻🌻
🌻አ🌻ዲ🌻ስ🌻ዓ🌻መ🌻ት 🌻
🌻 🌻 🌻
🌻መል🌻🌻🌻ካም🌻
አ🌻ዲ🌻ስ ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ ዓ🌻መ🌻ት
🌻መ🌻ል🌻ካ🌻ም🌻
🌻 🌻 🌻
🌻🌻አዲስ
🌻🌻🌻አመት
🌻🌻መ🌻ልካም
🌻🌻አዲስ🌻ዓመት
አዲስ🌻ዓመት
አዲስ🌻ዓመት
አዲስ🌻ዓመት
አዲስ🌻ዓመት
አዲስ🌻ዓመት
አዲስ🌻ዓመት
አዲስ🌻ዓመት
አዲስ🌻ዓመት
አዲስ🌻ዓመት
አዲስ🌻ዓመት
🌻መልካም 🌻 አዲስዓመት
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
አዲስዓመት🌻ለወዳጄ🌻🌻
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
🌺 ይ🌻ህ🌻🌻አ🌻መ🌻ት🌻🌼
የ🌻ሰ🌻ላ🌻ም🌻🌻አመት🌻🌷
የ🌻ፍ🌻ቅ🌻ር 🌻🌻አመት🌻🌷
የ🌻ሞገስ 🌻
የ🌻ክብር 🌻
የ🌻ሹመት🌻
የ🌻ታላቅነት🌻
🌻ዓመት 🌼
🌻🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌻🌷🌹🥀
🌻ይ🥀ሁ🌹ን🌷ላ🌼ች🌹ሁ 🌾
🌻🥀 🌼 🥀🌹🌺 🌷
🌻የበረከት 🌻
🌻የሹመት 🌻
🌻የምርቃት 🌻
🌻የመግዛት 🌻
🌻የከፍታ 🌷🌻
🌻ዓመት 🌷🌻
🌻 ይሁን 🌻🌻
🌻🌻🌻🌻🌻
🌻🌻🌼🌼🌼
🇪🇹ሀገራችን ሰላም የምትሆንበት 🙏 🕊🌻🌻
🌻🌻🌻 ያሰብነው የሚሳካበት 🌻🌻
🌻🌻🌻 🌻🌻
🌻የካሳ🌻የሰላም🌻የጤና🌻የበረከት🌻🌻
🌻🌹🌾ዓመት 💐🌷ይሁንልን።🌻🕊🌻🌻
🌻schooltech🌻
🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼
🌻2017🌻መልካም🌻አዲስ አመት🌻
🌻🌻🌻
መልካም🌻አዲስዓ መት
መልካም🌻 አ🌻ዲ🌻ስ
መልካም 🌻 ዓ🌻መ🌻ት
ለወዳጄ 🌻 ዓ🌻መ🌻ት
🌻🌻🌻🌻 አ🌻ዲ🌻ስ
ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ
አ🌻ዲ🌻ስ
ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ
ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ
ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ
ዓ🌻መ🌻ት 🌻🌻🌻🌻
🌻መ🌻ል 🌻ካ🌻ም🌻🌻🌻🌻
🌻አ🌻ዲ🌻ስ🌻ዓ🌻መ🌻ት 🌻
🌻 🌻 🌻
🌻መል🌻🌻🌻ካም🌻
አ🌻ዲ🌻ስ ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ ዓ🌻መ🌻ት
🌻መ🌻ል🌻ካ🌻ም🌻
🌻 🌻 🌻
🌻🌻አዲስ
🌻🌻🌻አመት
🌻🌻መ🌻ልካም
🌻🌻አዲስ🌻ዓመት
አዲስ🌻ዓመት
አዲስ🌻ዓመት
አዲስ🌻ዓመት
አዲስ🌻ዓመት
አዲስ🌻ዓመት
አዲስ🌻ዓመት
አዲስ🌻ዓመት
አዲስ🌻ዓመት
አዲስ🌻ዓመት
አዲስ🌻ዓመት
🌻መልካም 🌻 አዲስዓመት
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
አዲስዓመት🌻ለወዳጄ🌻🌻
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
🌺 ይ🌻ህ🌻🌻አ🌻መ🌻ት🌻🌼
የ🌻ሰ🌻ላ🌻ም🌻🌻አመት🌻🌷
የ🌻ፍ🌻ቅ🌻ር 🌻🌻አመት🌻🌷
የ🌻ሞገስ 🌻
የ🌻ክብር 🌻
የ🌻ሹመት🌻
የ🌻ታላቅነት🌻
🌻ዓመት 🌼
🌻🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌻🌷🌹🥀
🌻ይ🥀ሁ🌹ን🌷ላ🌼ች🌹ሁ 🌾
🌻🥀 🌼 🥀🌹🌺 🌷
🌻የበረከት 🌻
🌻የሹመት 🌻
🌻የምርቃት 🌻
🌻የመግዛት 🌻
🌻የከፍታ 🌷🌻
🌻ዓመት 🌷🌻
🌻 ይሁን 🌻🌻
🌻🌻🌻🌻🌻
🌻🌻🌼🌼🌼
🇪🇹ሀገራችን ሰላም የምትሆንበት 🙏 🕊🌻🌻
🌻🌻🌻 ያሰብነው የሚሳካበት 🌻🌻
🌻🌻🌻 🌻🌻
🌻የካሳ🌻የሰላም🌻የጤና🌻የበረከት🌻🌻
🌻🌹🌾ዓመት 💐🌷ይሁንልን።🌻🕊🌻🌻
🌻schooltech🌻
👍10
Forwarded from TIKVAH AFAAN OROMOO
Qabxiin barattoota sagantaa sirreefama (Remediyaalii) ifoome.
Qabxiin barattoota bara 2016 sagantaa sirreeffama dhaabbilee gara garaatti hordofaa turan ifoomee jira.
Barattoonni qabxii isaanii karaa liinkii armaan gadiitiin ilaaluu danda’u.
https://result.ethernet.edu.et/
@tikvahethafaanoromoo

👍4
#DV2026
Iyyanni Viizaa (DV) US Diversity (DV) bara 2026 boru irraa eegalee banaa ta'a.
Bara baajataa 2026'f carraa viizaa (DV) hanga kuma 55 ta’u qophaa'ee jira.
Iyyachuuf kaffaltiin hin barbaachisu.
Ameerikaan namoota kumaatamaan lakkaa’aman Itoophiyaa dabalatee biyyoota adda addaa irraa karaa Diversity Viizaa (DV) akka fudhattu beekamaadha.
Boru odeeffannoo bal'aa isiniif dhiyeessina

👍3
DV Guutuun eegalameera!!
Ministeerri Dhimma Alaa U.S.A har'a sagantaa waggaa Diversity Visa (#DV) / "Green Card Lottery" jedhamuun beekamu iyyattoota Ameerikaa keessa jiraachuu fi hojjechuu barbaadaniif baneera.
Akka ibsa Ministeera Dhimma Alaa ibsetti sagantichi har’a Roobii Fulbaana 22 irraa eegalee hanga Onkoloolessa 26, 2017 xumurama.
Sagantaa amma jiruun Ameerikaan lammiilee biyya alaa tilmaamaan kuma 55 ta’aniif kaardii magariisaa/Green card/ ni kenniti.
DV galmaa’uuf/iyyachuuf #kaffaltiin_akka_hin_jirre ibsameera.
Walumaagalatti Itoophiyaa dabalatee biyyoota hedduu irraa iyyattoonni DV guutuuf ulaagaa guutan kuma 55 sirna keessootiin akka tasaa filatamu.
#Qajeelfama barbaachisaa, ulaagaalee fi iyyachuuf marsariitii sirrii kana hordofaa: https://dvprogram.state.gov/
Ministeerri Dhimma Alaa Yunaayitid Isteets iyyattoonni DV iyyachuuf #kaffaltiin barbaachisu waan hin jirreef gowwoomsitoota irraa akka of eeggatan dhaamsa dabarseera.
@Schooltech1

Odeeffanno bal’inan waa’ee dv 2026
DV 2026 %70 carra kana akka mootaniif wantoota isiin gargaaran akka kana gadiitti isiinif qopheessineerra
DV guutuuf ulaagaalee barbaachisan:
1. Maqaa hanga akaakayyuu
2. Bakka dhalootaa
3. Bakka jireenyaa
4. Guyyaa dhalootaa, ji'aa fi waggaa
5. Suuraa gurdi (ji'a jaha asitti kan kaatan) 600 600 pxl fi 240kb size ta'uu qaba duddubni suura keessani white background ta’u qaba,kofiya, eye glass, 🧣 scarves fi warqi morma akkasumas wantootni amanti gara gara wajjin wal qabatan mormaa fi fuulatti godhachun hin eyyamamuu, gurri keessan laman sirnan mullachu qaba, fuulli keessan ifaa gaha ta’e qabachu fi smile ta’u qaba
6. Sadarkaa barnootaa
7. Lakkoofsi bilbilaa fi email yoo jiraate (yoo hin jirre homaa rakko hin qabu) .
8. Paaspoortiin yoo jiraate (yoo hin jiraanne rakko hin qabu) ykn dirqama miti jechuudha
Miseensi maatii mucaa ykn haadha manaa yoo qabatte, odeeffannoo armaan olii addatti waa’ee mucaa kessaani ykn hadhaa mana keessani akka armaan gadiitti guutuu qabdu.
1. Maqaa akaakayyuuf
2. Bakka dhalootaa
3. Bakka jireenyaa
4. Guyyaa dhalootaa, ji'aa fi waggaa
5. Suuraa gurdi (ji'a jaha asiitti ka’e/te) 600 600 pxl fi 240kb size ta'uu qaba white background, kofiya, eye glass, 🧣 scarves fi warqi morma akkasumas wantootni amanti gara gara argisisan hin eyyamaman, gurri keessan laman sirnan mullachu qaba
6. Sadarkaa barnootaa(sadarka 1ffa irra kaase hanga masters fi isaa ol ykn muxaanno hojii wagga 2 fi isaa olii
7. Lakkoofsi bilbilaa fi email yoo jiraate (yoo hin jirre homaa hin qabu) .
8. Paaspoortiin yoo jiraate (yoo hin jiraanne rakko hin qabu) ykn dirqama miti jechuudha.
🎯Yeroo guuttani xumurtan koodii mirkaneessaa bifa Softcopy ykn Hardcopitin qabachu qabdu
👨👩👧👦Namoonni akkuma bara darbe isiinif guuta turre bara kanaas akka isiinif guutamu barbaaddan kara keesso nu dubbisuun odeeffanno armaan olii kana sirnaan nuuf erga
@samilearn
0935089786

👍7
✍️👩👧👦Dear Huawei ICT Academy Students,
Congratulations!
Here is the link for the Students Competition in the Huawei ICT Competition 2024-2025 for Northern Africa(Practice competition).
Registration Link: https://e.huawei.com/en/talent/#/ict-academy/ict-competition/regional-competition?zoneCode=026902&zoneId=98269642&compId=85131998&divisionName=North%20Africa&type=C001&isCollectGender=N&enrollmentDeadline=undefined&compTotalApplicantCount=209
Please follow the following three steps
1. Must be Huawei ICT Academy Member (Associate to your University Huawei ICT Academy)
for approval2. Must use different account from your previous Huawei ICT Academy
3. Register for the competition track
4. Attend the learning space
Schedule
Registration: -September-November 10
Preliminary exam: November 15/2024
National Final National ICT Competition: - December 27/2024
Schooltech

Cats 🐈⬛ boruu sa’aati 7 irratti list ta’a
Token akka isiinif galee Wallet itti connect gootan check godhaa warren bitgetitti connect gootan seena jira ilaala.

Websaayitoota Sadii Namni baayyen hin Fayyadamne garuu bu’aa guddaa qaban!
▎1. Flowgpt.com
Flowgpt.com irratti seenaa gabaaba bifaa animeeshinitin qopheessuuf isiin gargaara
akkuma websaayiti kana seentanin tuttuqa sadii kara harka bitaarra jiruutti bu’uun e-mail kessan galmeessu qabdu sana booda "Story" irratti cuqaasun Karakterii tokko uumuu ykn filachuu ni dandeessu sana booda barreeffama waa’ee. Erga seenaa keeti sirnan irratti barreessite generate goota, viidiyoo animetii bareeda ta'e waa’ee seenaa at dhiyeessitefi irratti hundaa’ee yeroo gabaaba keessati siif ni qopheessa. Namoonni viidiyoo akkasii hedduu uumuudhaan gara midiyaa hawaasa gara garatti share gochuudhan maallaqa irraa ni argaatu akkasumas ittin ni bashannanu
▎2. Jog.ai
Jog.ai irratti, linkii oomisha kee irraatti galchuudhan waa’ee product keessani bifaa bareeda ta’een analyze tuquudhan beeksisa hojjechu ni dandeessu. -Erga viidiyoof qindaa'ina filattee, barreeffama viidiyoo irraa galchuu ni dandeessa. Ammas avatar fi template filachuudhaan viidiyootti jijjiiruu ni dandeessa. Viidiyoo akka isiinitti toluutti haala salphaan qopheessuu ni dandeessa.
▎3. Backpackbot.ai
Backpackbot.ai irratti, suuraa keenya upload goonefi genre fi odeeffannoo filachuu ni dandeenya AI'n suuraa keenya muuziqa sirbaatti jijjiiruudhaan gatii aja’iba nuuf kenna.
▎School tech

#Tiktok_tricks
Tiktoki irratti akka carra video osoo ilaala jirtani refresh gootani ykn app tiktoki cuftani baatani yeroo deebitan video sun yoo isiin jala badee salphaatti argaachudhaf search bar irraatti . (Tuqaa) tokko Barreessitani vidiiyoowwan ilaala turtan argaachu ni dandeessu

👍6