COD-ETยฎ
22.4K subscribers
543 photos
25 videos
101 files
505 links
#COD-ET ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น

๐Ÿ’ป Code โ€ข Learn โ€ข Build
๐Ÿš€ Ethiopiaโ€™s growing developer community

๐ŸŽฏ Tech tips | ๐Ÿ’ก Learning | ๐ŸŒ Web & Apps | ๐ŸŽจ Design | ๐Ÿ’ผ Online opportunities

We build. We learn. We grow. Together.

Smart Code. Smart Security. Ethiopian Soul
Download Telegram
๐ŸŽ‰Good News
Pavel Durove yeroodhaf waasiidhan gadii lakkifameera garuu faransayi keessaa baโ€™uu hin dandaโ€™uu
๐ŸŽ‰And he is prohibited from leaving French territory and must post bail of โ‚ฌ5,000,000 euros - Paris Public Prosecutor's Office
Hundeessaafi hoji geggeessaan Teelegiraamaa Paavel Duuroov hiikameera.

Gaafa august 25 bara 2024 faransaay paarisitti hidhamee kan ture durov addunyaa irraa namoota bebbeekamoo kanneen akka Eelen Mask , Tucker Carlsonfi biyyoottan kanneen akka Yuunayitid Arab Emiraatis fi Raashiyaan faransaay qeeqamaa kan turte yommuu taโ€™u, abbaan kalaqaa sammiu ajaayibaa qabuufi iccitii fayyadamtoota isaa eeguun fakkenyummaa guddaa taโ€™e dhalataa Raashiyaa Biliyeenarri Paavel guyyaa harraa hidhaa irraa hiikameera.

Hiikamuu isaattis fayyadamtoota Teelegiraamaa biliyoona tokkotti dhihaatan dabalatee namoonni hedduun gammachuu isaanii ibsaa jiru.

Guyyaa inni hidhamee kaโ€™ee duulli dijitaalaa geggeeffamaa kan ture yommuu taโ€™u Yuunayitid Arab Emireets bittaafi gurgurtaa โ€œRafale fightersโ€ doolaara biliyoona 19iin Faransaay irraa bituuf turte dhiisuun dhiibba gara ishee taassisaa turteetti.

Manni murtichaa wabii Yuuroo miiliyoona 5 ykn Doolaara miiliyoona 5.56n akka gadhiifamu ajajeera.

@schooltech1
โค2๐Ÿ‘2
Pavel Duroov maaliin himatame?

- hanqina toโ€™annoo Teelegiraamaan
- Odeeffannoo barbaachisaa qaama mootummaaf hin kennu

- Teelegiraama irratti yakki ni raawwatama
- Daldalli qoricha balaafamaa ni raawwatama
- Yakki Shororkeessummaafi maallaqa seeraan alaa daddabarsuu ni raawwatama.

Telegiraamiin fayyadamtoota gara biliyoona 1 kan qabu yoo taโ€™u, ergaa fi waljijjiirraa daataa bilisaa fi nageenya qabuun balโ€™inaan filatamaadha.

Mirga wabiitin Gadii dhifaamulle garuu faransayi keessa baโ€™uu hin dandaโ€™uu jedheera manni murtichi.

@schooltech1
๐Ÿ‘4๐Ÿฅฐ1๐Ÿ‘1
โžจ Major bot แˆ‹แ‹ญ แ‹ซแˆ‰ แˆตแ‰ณแˆฎแ‰ฝ แŠ แˆแŠ“แ‹Š แ‹‹แŒ‹แ‰ธแ‹
50 Star = 117.99 ETB

Major แ‰ แŒˆแƒแ‰ธแ‹ แˆ‹แ‹ญ แ‰ แ‹šแˆ… แˆณแˆแŠ•แ‰ต แŠ แˆตแ‹ฐแˆณแ‰ฝ แАแŒˆแˆญ แŠจแŠฅแŠ› แŒ แ‰ฅแ‰ แ‰ฅแˆˆแ‹แŠ“แˆ !

โญ๏ธแŠ แŠญแˆˆแ‹แˆ แŠ แˆแŠ• แˆ‹แ‹ญ แˆฐแ‹Žแ‰ฝแŠ• แ‹จแˆ˜แŒ‹แ‰ แ‹ง แ‰ตแŠญแŠญแˆˆแŠ› แŠฅแŠ“ แ‹ˆแˆณแŠ แˆฐแ‹“แ‰ต แˆ˜แˆ†แŠ‘แŠ• แ‰ฐแŠ“แŒแˆจแ‹‹แˆ แ‹ญแˆ…แŠ•แŠ•แˆ แ‹ซแˆ‰แ‰ต  1 แˆฐแ‹ แˆฒแŒ‹แ‰ แ‹ 750 star แ‹ซแŒˆแŠ›แˆ แ‰ฐแŒ‹แ‰ฃแ‹ก แ‰ฃแˆˆ แ•แˆชแˆšแ‹จแˆ แŠจแˆ†แА แ‹ฐแŒแˆž +1000 แ‰ฆแАแˆต แˆตแ‰ณแˆญ แ‹ซแŒˆแŠ›แˆแข

โžก๏ธแŠฅแŠ“ แˆแŠ• แŠฅแ‹จแŒ แ‰ แ‰ƒแ‰น แАแ‹ แŠซแˆแŒ€แˆ˜แˆซแ‰น แŠ แˆแŠ‘แŠ‘ แŒ€แˆแˆฉ

โžจ 1 แˆฐแ‹ แˆฒแŒ‹แ‰ฅแ‹™ 750 stars แ‹ซแŒˆแŠ›แˆ‰
โžจ   แ‰ฆแ‰ฑ แ‹ญแˆ… แАแ‹  https://t.me/major/start?startapp=5272795734
Guys #airdrop hunda #scamidha jettani hin yaadina osoo shakkitani carran hedduu isiin jala baha jira osoo jalqabdani jiraattani wanti isiniitti hirโ€™aatu hin jiru ture #projectiwwan kana gadii jiran kun project ijoodha yeroon itti list taโ€™ani #qarshi argamsiisanis kan beekamedha yoo xiqqate seenati taskiwwan achii jala jiran hojjedha warri account bayyee qabdanis hanga dandeessan hojjedha.

1.hamster_September 26
2.lost dog
3.memefiโ€”September 16
4.Cats
5.CEO
6.Blum
7.Wcoin
8.yescoin
9.major
10.tomarket

@schooltech1
๐Ÿ‘2โค1
#list_date

#Rocky_Rabbit exchange gurgudda irratti gaafa Sept 23 akka list taโ€™u beeksisani jiru๐ŸŽ‰

๐Ÿ”” Big News for Rocky Rabbit Fans!

We are excited to announce that RabBitcoin (RBTC) will be officially listed on major exchanges starting September 23rd! โญ But that's not allโ€”an airdrop will also be happening on the same day!

Prepare to trade RBTC on top platforms and be a part of this incredible journey. Mark your calendars and stay tuned for more exciting updates!

Thank you for being an essential part of our amazing community. Together, we're hopping toward success! ๐Ÿฐ


Kan hin jalqabin amma jalqaba

https://t.me/rocky_rabbit_bot/play?startapp=frId838712052
Lakkoofsa isiniif bilbilame hin beektan yoo taโ€™ee bot ๐Ÿค– kanan enyuumma nama sana adda baasu ni dandeessu

@Truecaller_z_bot

@schooltech1
๐Ÿ‘2
Forwarded from X Empire Community
Save the date โ€” September 30th

Frens, weโ€™re excited to announce the final date for the mining phase: September 30th.

That means we have less than a month before our project enters the next phase.

September 30th is your last chance to level up your character, invite friends, and earn coins.

After that, the gameplay will pause as we move on to token distribution, and the X Empire app will introduce a new product thatโ€™s here to stay, evolving and growing alongside all of us.

For those already with us, itโ€™s a great opportunity to push further and climb the rankings.

For newcomers, itโ€™s the perfect time to get a quick drop and join a community that has much more in store after the listing.

As Iโ€™ve said before, the best is yet to come. This September, weโ€™ll be rolling out massive releases and introducing groundbreaking features to the Telegram Mini Apps market.

Letโ€™s go, frens!

Alex.
๐Ÿ‘2
Cats premarket gate.io irratti lakkiseera

akka qalditti hin ilaalina hojjedha


Jalqabuuf
t.me/catsgang_bot/join?startapp=vDDGhJANekLpEH4deUxfJ

School tech
Bu'aan Qormaata biyyalessaa kutaa 12ffaa Wiixata gallakkifama jechuunis Qaamme 4 2016 irraa eegale laallachuun nii danda'ama
#kutaa_12ffaa

Ministeerri Barnootaa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa ilaalchisee miidiyaaf ibsa kenneera. Ibsa kanaanis qabxiiwwan armaan gadii kaafameera:

๐Ÿ“Œ Buโ€™aan qormaata kutaa 12ffaa guyyaa harโ€™aa halkan saโ€™a 6tti gadhiifama.

๐Ÿ“Œ Galmee bara kana irratti fooyyaโ€™iinsi taassifameera. Bara darbe barattoota galmaaโ€™an keessaa barattoonni 1,246 qormaati isaanii jalaa kan haqame yommuu taโ€™u, bara kana fooyyaโ€™iinsa kanaan barattoota 365 qofatu qormaati isaanii jalaa haqame.

๐Ÿ“Œ Bara kana qormaata walmakaatu kenname, barattoonni oonlaayiniifi waraqaa irratti qoramaniiru. Walii gala, barattoonni oonlaayin qoraman lakkoofsaan 29,736 dha, isaan keessaas dhibbeentaa 26.6 tu darbe

๐Ÿ“Œ Oonlaayin qoruun waraqaa irratti qoruu akka caalu hubatame, sababa kanaan qormaata oonlaayin haala fooyyaโ€™aan qoruu irratti ni hojjetama.

๐Ÿ“Œ Barattoonni 313 sababa seera qormaataa diiganiif qormaati isaanii jalaa haqameera.

๐Ÿ“Œ Qabxii guddaan bara kanaa shamarraniin galmaaโ€™e. Saayinsii Uumamaa irraa qabxii 575/600 mana barnootaa Kaateediraal irraa, Saayinsii Hawaasaa irraa qabxii 538/600 mana barnootaa Itiyoo Paarent irraa galmaaโ€™eera.

๐Ÿ“Œ Tigraayitti qormaanni bara kana 700 keessaa kan qorame yommuu taโ€™u, qabxii guddaan 675/700 galmaaโ€™eera. Naannoolee biroo irraa shamarraniin qabxii guddaa galmeessaniiru.

๐Ÿ“Œ Bara kana manni barnootaa 1,363 barataa tokkollee hin dabarsine.
๐Ÿ‘4๐Ÿ‘2๐Ÿฅฐ1
๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป ๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป
๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ
๐ŸŒป2017๐ŸŒปแˆ˜แˆแŠซแˆ๐ŸŒปแŠ แ‹ฒแˆต แŠ แˆ˜แ‰ต๐ŸŒป

            ๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป
     แˆ˜แˆแŠซแˆ๐ŸŒปแŠ แ‹ฒแˆตแ‹“ แˆ˜แ‰ต
  แˆ˜แˆแŠซแˆ๐ŸŒป     แŠ ๐ŸŒปแ‹ฒ๐ŸŒปแˆต
แˆ˜แˆแŠซแˆ ๐ŸŒป        แ‹“๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแ‰ต
แˆˆแ‹ˆแ‹ณแŒ„ ๐ŸŒป          แ‹“๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแ‰ต
๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป        แŠ ๐ŸŒปแ‹ฒ๐ŸŒปแˆต
                         แ‹“๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแ‰ต
                       แŠ ๐ŸŒปแ‹ฒ๐ŸŒปแˆต
                     แŠ ๐ŸŒปแ‹ฒ๐ŸŒปแˆต
                   แ‹“๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแ‰ต
                 แŠ ๐ŸŒปแ‹ฒ๐ŸŒปแˆต
            แ‹“๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแ‰ต
        แŠ ๐ŸŒปแ‹ฒ๐ŸŒปแˆต
      แ‹“๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแ‰ต
   แŠ ๐ŸŒปแ‹ฒ๐ŸŒปแˆต
แ‹“๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแ‰ต               ๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป
๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแˆ ๐ŸŒปแŠซ๐ŸŒปแˆ๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป
๐ŸŒปแŠ ๐ŸŒปแ‹ฒ๐ŸŒปแˆต๐ŸŒปแ‹“๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแ‰ต ๐ŸŒป

            ๐ŸŒป   ๐ŸŒป   ๐ŸŒป
      ๐ŸŒปแˆ˜แˆ๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒปแŠซแˆ๐ŸŒป
  แŠ ๐ŸŒปแ‹ฒ๐ŸŒปแˆต          แ‹“๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแ‰ต
แŠ ๐ŸŒปแ‹ฒ๐ŸŒปแˆต            แ‹“๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแ‰ต
แŠ ๐ŸŒปแ‹ฒ๐ŸŒปแˆต              แ‹“๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแ‰ต
แŠ ๐ŸŒปแ‹ฒ๐ŸŒปแˆต              แ‹“๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแ‰ต
แŠ ๐ŸŒปแ‹ฒ๐ŸŒปแˆต              แ‹“๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแ‰ต
แŠ ๐ŸŒปแ‹ฒ๐ŸŒปแˆต              แ‹“๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแ‰ต
แŠ ๐ŸŒปแ‹ฒ๐ŸŒปแˆต              แ‹“๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแ‰ต
แŠ ๐ŸŒปแ‹ฒ๐ŸŒปแˆต            แ‹“๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแ‰ต
  แŠ ๐ŸŒปแ‹ฒ๐ŸŒปแˆต          แ‹“๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแ‰ต
       ๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแˆ๐ŸŒปแŠซ๐ŸŒปแˆ๐ŸŒป
             ๐ŸŒป  ๐ŸŒป  ๐ŸŒป

                    
                ๐ŸŒป๐ŸŒปแŠ แ‹ฒแˆต
           ๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒปแŠ แˆ˜แ‰ต
        ๐ŸŒป๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแˆแŠซแˆ
   ๐ŸŒป๐ŸŒปแŠ แ‹ฒแˆต๐ŸŒปแ‹“แˆ˜แ‰ต
            แŠ แ‹ฒแˆต๐ŸŒปแ‹“แˆ˜แ‰ต
            แŠ แ‹ฒแˆต๐ŸŒปแ‹“แˆ˜แ‰ต
            แŠ แ‹ฒแˆต๐ŸŒปแ‹“แˆ˜แ‰ต
            แŠ แ‹ฒแˆต๐ŸŒปแ‹“แˆ˜แ‰ต
            แŠ แ‹ฒแˆต๐ŸŒปแ‹“แˆ˜แ‰ต
            แŠ แ‹ฒแˆต๐ŸŒปแ‹“แˆ˜แ‰ต
            แŠ แ‹ฒแˆต๐ŸŒปแ‹“แˆ˜แ‰ต
            แŠ แ‹ฒแˆต๐ŸŒปแ‹“แˆ˜แ‰ต
            แŠ แ‹ฒแˆต๐ŸŒปแ‹“แˆ˜แ‰ต
            แŠ แ‹ฒแˆต๐ŸŒปแ‹“แˆ˜แ‰ต
  ๐ŸŒปแˆ˜แˆแŠซแˆ  ๐ŸŒป แŠ แ‹ฒแˆตแ‹“แˆ˜แ‰ต
  ๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป
   แŠ แ‹ฒแˆตแ‹“แˆ˜แ‰ต๐ŸŒปแˆˆแ‹ˆแ‹ณแŒ„๐ŸŒป๐ŸŒป
  ๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป

๐ŸŒบ แ‹ญ๐ŸŒปแˆ…๐ŸŒป๐ŸŒปแŠ ๐ŸŒปแˆ˜๐ŸŒปแ‰ต๐ŸŒป๐ŸŒผ
แ‹จ๐ŸŒปแˆฐ๐ŸŒปแˆ‹๐ŸŒปแˆ๐ŸŒป๐ŸŒปแŠ แˆ˜แ‰ต๐ŸŒป๐ŸŒท
แ‹จ๐ŸŒปแ๐ŸŒปแ‰…๐ŸŒปแˆญ ๐ŸŒป๐ŸŒปแŠ แˆ˜แ‰ต๐ŸŒป๐ŸŒท
                               แ‹จ๐ŸŒปแˆžแŒˆแˆต ๐ŸŒป          
                             แ‹จ๐ŸŒปแŠญแ‰ฅแˆญ  ๐ŸŒป        
                            แ‹จ๐ŸŒปแˆนแˆ˜แ‰ต๐ŸŒป
                           แ‹จ๐ŸŒปแ‰ณแˆ‹แ‰…แАแ‰ต๐ŸŒป        
                            ๐ŸŒปแ‹“แˆ˜แ‰ต ๐ŸŒผ
              ๐ŸŒป๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒป๐ŸŒท๐ŸŒน๐Ÿฅ€
              ๐ŸŒปแ‹ญ๐Ÿฅ€แˆ๐ŸŒนแŠ•๐ŸŒทแˆ‹๐ŸŒผแ‰ฝ๐ŸŒนแˆ ๐ŸŒพ  
               ๐ŸŒป๐Ÿฅ€ ๐ŸŒผ    ๐Ÿฅ€๐ŸŒน๐ŸŒบ   ๐ŸŒท         
                        ๐ŸŒปแ‹จแ‰ แˆจแŠจแ‰ต ๐ŸŒป
                       ๐ŸŒปแ‹จแˆนแˆ˜แ‰ต ๐ŸŒป
                      ๐ŸŒปแ‹จแˆแˆญแ‰ƒแ‰ต ๐ŸŒป
                     ๐ŸŒปแ‹จแˆ˜แŒแ‹›แ‰ต ๐ŸŒป
                    ๐ŸŒปแ‹จแŠจแแ‰ณ ๐ŸŒท๐ŸŒป
                    ๐ŸŒปแ‹“แˆ˜แ‰ต ๐ŸŒท๐ŸŒป
                    ๐ŸŒป แ‹ญแˆแŠ• ๐ŸŒป๐ŸŒป
                   ๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป
                   ๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ

๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡นแˆ€แŒˆแˆซแ‰ฝแŠ• แˆฐแˆ‹แˆ แ‹จแˆแ‰ตแˆ†แŠ•แ‰ แ‰ต ๐Ÿ™ ๐Ÿ•Š๐ŸŒป๐ŸŒป
๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป  แ‹ซแˆฐแ‰ฅแАแ‹ แ‹จแˆšแˆณแŠซแ‰ แ‰ต          ๐ŸŒป๐ŸŒป
๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป                                         ๐ŸŒป๐ŸŒป
๐ŸŒปแ‹จแŠซแˆณ๐ŸŒปแ‹จแˆฐแˆ‹แˆ๐ŸŒปแ‹จแŒคแŠ“๐ŸŒปแ‹จแ‰ แˆจแŠจแ‰ต๐ŸŒป๐ŸŒป
๐ŸŒป๐ŸŒนโฃ๐ŸŒพแ‹“แˆ˜แ‰ต ๐Ÿ’๐ŸŒทแ‹ญแˆแŠ•แˆแŠ•แข๐ŸŒป๐Ÿ•Š๐ŸŒป๐ŸŒป



๐ŸŒปschooltech๐ŸŒป
๐Ÿ‘10
Forwarded from TIKVAH AFAAN OROMOO
Qabxiin barattoota sagantaa sirreefama (Remediyaalii) ifoome.


Qabxiin barattoota bara 2016 sagantaa sirreeffama dhaabbilee gara garaatti hordofaa turan ifoomee jira.

Barattoonni qabxii isaanii karaa liinkii armaan gadiitiin ilaaluu dandaโ€™u.

https://result.ethernet.edu.et/

@tikvahethafaanoromoo
๐Ÿ‘4
#DV2026

Iyyanni Viizaa (DV) US Diversity (DV) bara 2026 boru irraa eegalee banaa ta'a.

Bara baajataa 2026'f carraa viizaa (DV) hanga kuma 55 taโ€™u qophaa'ee jira.

Iyyachuuf kaffaltiin hin barbaachisu.

Ameerikaan namoota kumaatamaan lakkaaโ€™aman Itoophiyaa dabalatee biyyoota adda addaa irraa karaa Diversity Viizaa (DV) akka fudhattu beekamaadha.

Boru odeeffannoo bal'aa isiniif dhiyeessina

@schooltech1
๐Ÿ‘3
DV Guutuun eegalameera!!

Ministeerri Dhimma Alaa U.S.A har'a sagantaa waggaa Diversity Visa (
#DV) / "Green Card Lottery" jedhamuun beekamu iyyattoota Ameerikaa keessa jiraachuu fi hojjechuu barbaadaniif baneera.

Akka ibsa Ministeera Dhimma Alaa ibsetti sagantichi harโ€™a Roobii Fulbaana 22 irraa eegalee hanga Onkoloolessa 26, 2017 xumurama.

Sagantaa amma jiruun Ameerikaan lammiilee biyya alaa tilmaamaan kuma 55 taโ€™aniif kaardii magariisaa/Green card/ ni kenniti.

DV galmaaโ€™uuf/iyyachuuf
#kaffaltiin_akka_hin_jirre ibsameera.

Walumaagalatti Itoophiyaa dabalatee biyyoota hedduu irraa iyyattoonni DV guutuuf ulaagaa guutan kuma 55 sirna keessootiin akka tasaa filatamu.

#Qajeelfama barbaachisaa, ulaagaalee fi iyyachuuf marsariitii sirrii kana hordofaa: https://dvprogram.state.gov/

Ministeerri Dhimma Alaa Yunaayitid Isteets iyyattoonni DV iyyachuuf
#kaffaltiin barbaachisu waan hin jirreef gowwoomsitoota irraa akka of eeggatan dhaamsa dabarseera.

@Schooltech1
๐Ÿ‘4
Odeeffanno balโ€™inan waaโ€™ee dv 2026

DV 2026 %70 carra kana akka mootaniif wantoota isiin gargaaran akka kana gadiitti isiinif qopheessineerra

DV guutuuf ulaagaalee barbaachisan:
1. Maqaa hanga akaakayyuu
2. Bakka dhalootaa
3. Bakka jireenyaa
4. Guyyaa dhalootaa, ji'aa fi waggaa
5. Suuraa gurdi (ji'a jaha asitti kan kaatan) 600 600 pxl fi 240kb size ta'uu qaba duddubni suura keessani white background taโ€™u qaba,kofiya, eye glass, ๐Ÿงฃ scarves fi warqi morma akkasumas wantootni amanti gara gara wajjin wal qabatan mormaa fi fuulatti godhachun hin eyyamamuu, gurri keessan laman sirnan mullachu qaba, fuulli keessan ifaa gaha taโ€™e qabachu fi smile taโ€™u qaba
6. Sadarkaa barnootaa
7. Lakkoofsi bilbilaa fi email yoo jiraate (yoo hin jirre homaa rakko hin qabu) .
8. Paaspoortiin yoo jiraate (yoo hin jiraanne rakko hin qabu) ykn dirqama miti jechuudha

Miseensi maatii mucaa ykn haadha manaa yoo qabatte, odeeffannoo armaan olii addatti waaโ€™ee mucaa kessaani ykn hadhaa mana keessani akka armaan gadiitti guutuu qabdu.

1. Maqaa akaakayyuuf
2. Bakka dhalootaa
3. Bakka jireenyaa
4. Guyyaa dhalootaa, ji'aa fi waggaa
5. Suuraa gurdi (ji'a jaha asiitti kaโ€™e/te) 600 600 pxl fi 240kb size ta'uu qaba white background, kofiya, eye glass, ๐Ÿงฃ scarves fi warqi morma akkasumas wantootni amanti gara gara argisisan hin eyyamaman, gurri keessan laman sirnan mullachu qaba
6. Sadarkaa barnootaa(sadarka 1ffa irra kaase hanga masters fi isaa ol ykn muxaanno hojii wagga 2 fi isaa olii
7. Lakkoofsi bilbilaa fi email yoo jiraate (yoo hin jirre homaa hin qabu) .
8. Paaspoortiin yoo jiraate (yoo hin jiraanne rakko hin qabu) ykn dirqama miti jechuudha.

๐ŸŽฏYeroo guuttani xumurtan koodii mirkaneessaa bifa Softcopy ykn Hardcopitin qabachu qabdu

๐Ÿ‘จโ€๐Ÿ‘ฉโ€๐Ÿ‘งโ€๐Ÿ‘ฆNamoonni akkuma bara darbe isiinif guuta turre bara kanaas akka isiinif guutamu barbaaddan kara keesso nu dubbisuun odeeffanno armaan olii kana sirnaan nuuf erga
@samilearn
0935089786
๐Ÿ‘7