Dogs transaction fee fi namoota dogs gurguraachu barbaaddan hundaaf
๐ฅNamoonni #transaction_fee dhaaf #TON bitachuu barbaaddan amma irraa kaastanii asiin na quunnamuun #0.55TON qarshii #600n bitaachu dandeessu
๐@Samilearn
๐ฅAkkasumas Kanneen $DOGS telegram wallet irraa qabdan p2p market irraatti gurguraachuf verify kan isiin gaafatu gurguraachu yoo barbaaddan na qunnamuu dandeessu.
Gatiin Dogs 1 = 0.1etb
Dogs 10 = 1etb
๐@samilearn
kallattiin dhimma keessan naa barreessaa๐
@samilearn
@schooltech1

๐2๐ฅฐ1๐1
Hundeessaafi hoji geggeessaan Teelegiraamaa Paavel Duuroov hiikameera.
Gaafa august 25 bara 2024 faransaay paarisitti hidhamee kan ture durov addunyaa irraa namoota bebbeekamoo kanneen akka Eelen Mask , Tucker Carlsonfi biyyoottan kanneen akka Yuunayitid Arab Emiraatis fi Raashiyaan faransaay qeeqamaa kan turte yommuu taโu, abbaan kalaqaa sammiu ajaayibaa qabuufi iccitii fayyadamtoota isaa eeguun fakkenyummaa guddaa taโe dhalataa Raashiyaa Biliyeenarri Paavel guyyaa harraa hidhaa irraa hiikameera.
Hiikamuu isaattis fayyadamtoota Teelegiraamaa biliyoona tokkotti dhihaatan dabalatee namoonni hedduun gammachuu isaanii ibsaa jiru.
Guyyaa inni hidhamee kaโee duulli dijitaalaa geggeeffamaa kan ture yommuu taโu Yuunayitid Arab Emireets bittaafi gurgurtaa โRafale fightersโ doolaara biliyoona 19iin Faransaay irraa bituuf turte dhiisuun dhiibba gara ishee taassisaa turteetti.
Manni murtichaa wabii Yuuroo miiliyoona 5 ykn Doolaara miiliyoona 5.56n akka gadhiifamu ajajeera.

โค2๐2
Pavel Duroov maaliin himatame?
- hanqina toโannoo Teelegiraamaan
- Odeeffannoo barbaachisaa qaama mootummaaf hin kennu
- Teelegiraama irratti yakki ni raawwatama
- Daldalli qoricha balaafamaa ni raawwatama
- Yakki Shororkeessummaafi maallaqa seeraan alaa daddabarsuu ni raawwatama.
Telegiraamiin fayyadamtoota gara biliyoona 1 kan qabu yoo taโu, ergaa fi waljijjiirraa daataa bilisaa fi nageenya qabuun balโinaan filatamaadha.
Mirga wabiitin Gadii dhifaamulle garuu faransayi keessa baโuu hin dandaโuu jedheera manni murtichi.

๐4๐ฅฐ1๐1
Bantu hamster combat argachuudhaf bot fi websitiwwan kanan seena
๐ค @Hamstersskey_bot
๐ค@hamster_tools_combo_bot
๐ค@hamster_tools_bot
Site:
๐ hamster-combo
๐ howqa
๐ hamsterkey
๐ค @Hamstersskey_bot
๐ค@hamster_tools_combo_bot
๐ค@hamster_tools_bot
Site:
๐ hamster-combo
๐ howqa
๐ hamsterkey
Hamster Kombat
๐ Hamster Kombat Key Generator for Twerk Race 3D ๐
๐น๏ธ Generate 4 keys from Twerk Race 3D for Hamster Kombat. Don't waste time playing Twerk Race 3D for codes. Generate keys for free and quickly! โก
โจ Major bot แแญ แซแ แตแณแฎแฝ แ แแแ แแแธแ
50 Star = 117.99 ETB
Major แ แแแธแ แแญ แ แแ แณแแแต แ แตแฐแณแฝ แแแญ แจแฅแ แ แฅแ แฅแแแแ !
โญ๏ธแ แญแแแ แ แแ แแญ แฐแแฝแ แจแแแ แง แตแญแญแแ แฅแ แแณแ แฐแแต แแแแ แฐแแแจแแ แญแ แแแ แซแแต 1 แฐแ แฒแแ แ 750 star แซแแแ แฐแแฃแก แฃแ แแชแแจแ แจแแ แฐแแ +1000 แฆแแต แตแณแญ แซแแแแข
โก๏ธแฅแ แแ แฅแจแ แ แแน แแ แซแแแแซแน แ แแแ แแแฉ
โจ 1 แฐแ แฒแแฅแ 750 stars แซแแแ
โจ แฆแฑ แญแ แแ https://t.me/major/start?startapp=5272795734

Guys #airdrop hunda #scamidha jettani hin yaadina osoo shakkitani carran hedduu isiin jala baha jira osoo jalqabdani jiraattani wanti isiniitti hirโaatu hin jiru ture #projectiwwan kana gadii jiran kun project ijoodha yeroon itti list taโani #qarshi argamsiisanis kan beekamedha yoo xiqqate seenati taskiwwan achii jala jiran hojjedha warri account bayyee qabdanis hanga dandeessan hojjedha.
1.hamster_September 26
2.lost dog
3.memefiโSeptember 16
4.Cats
5.CEO
6.Blum
7.Wcoin
8.yescoin
9.major
10.tomarket
@schooltech1
1.hamster_September 26
2.lost dog
3.memefiโSeptember 16
4.Cats
5.CEO
6.Blum
7.Wcoin
8.yescoin
9.major
10.tomarket
@schooltech1
Telegram
Hamster Verse
Description: Welcome to the HamsterVerse!
Play, have fun, and earn $HMSTR in the amazing games across our ecosystem.
Big updates are coming soon!

๐2โค1
#list_date
#Rocky_Rabbit exchange gurgudda irratti gaafa Sept 23 akka list taโu beeksisani jiru๐
Kan hin jalqabin amma jalqaba
https://t.me/rocky_rabbit_bot/play?startapp=frId838712052

๐ Big News for Rocky Rabbit Fans!
We are excited to announce that RabBitcoin (RBTC) will be officially listed on major exchanges starting September 23rd! โญ But that's not allโan airdrop will also be happening on the same day!
Prepare to trade RBTC on top platforms and be a part of this incredible journey. Mark your calendars and stay tuned for more exciting updates!
Thank you for being an essential part of our amazing community. Together, we're hopping toward success! ๐ฐ
Kan hin jalqabin amma jalqaba
https://t.me/rocky_rabbit_bot/play?startapp=frId838712052
Lakkoofsa isiniif bilbilame hin beektan yoo taโee bot ๐ค kanan enyuumma nama sana adda baasu ni dandeessu
@Truecaller_z_bot
@schooltech1
@Truecaller_z_bot
@schooltech1
๐2
Forwarded from X Empire Community
Save the date โ September 30th
Frens, weโre excited to announce the final date for the mining phase: September 30th.
That means we have less than a month before our project enters the next phase.
September 30th is your last chance to level up your character, invite friends, and earn coins.
After that, the gameplay will pause as we move on to token distribution, and the X Empire app will introduce a new product thatโs here to stay, evolving and growing alongside all of us.
For those already with us, itโs a great opportunity to push further and climb the rankings.
For newcomers, itโs the perfect time to get a quick drop and join a community that has much more in store after the listing.
As Iโve said before, the best is yet to come. This September, weโll be rolling out massive releases and introducing groundbreaking features to the Telegram Mini Apps market.
Letโs go, frens!
Alex.

Cats premarket gate.io irratti lakkiseera
Jalqabuuf
t.me/catsgang_bot/join?startapp=vDDGhJANekLpEH4deUxfJ
School tech
akka qalditti hin ilaalina hojjedha
Jalqabuuf
t.me/catsgang_bot/join?startapp=vDDGhJANekLpEH4deUxfJ
School tech
#kutaa_12ffaa
Ministeerri Barnootaa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa ilaalchisee miidiyaaf ibsa kenneera. Ibsa kanaanis qabxiiwwan armaan gadii kaafameera:
๐ Buโaan qormaata kutaa 12ffaa guyyaa harโaa halkan saโa 6tti gadhiifama.
๐ Galmee bara kana irratti fooyyaโiinsi taassifameera. Bara darbe barattoota galmaaโan keessaa barattoonni 1,246 qormaati isaanii jalaa kan haqame yommuu taโu, bara kana fooyyaโiinsa kanaan barattoota 365 qofatu qormaati isaanii jalaa haqame.
๐ Bara kana qormaata walmakaatu kenname, barattoonni oonlaayiniifi waraqaa irratti qoramaniiru. Walii gala, barattoonni oonlaayin qoraman lakkoofsaan 29,736 dha, isaan keessaas dhibbeentaa 26.6 tu darbe
๐ Oonlaayin qoruun waraqaa irratti qoruu akka caalu hubatame, sababa kanaan qormaata oonlaayin haala fooyyaโaan qoruu irratti ni hojjetama.
๐ Barattoonni 313 sababa seera qormaataa diiganiif qormaati isaanii jalaa haqameera.
๐ Qabxii guddaan bara kanaa shamarraniin galmaaโe. Saayinsii Uumamaa irraa qabxii 575/600 mana barnootaa Kaateediraal irraa, Saayinsii Hawaasaa irraa qabxii 538/600 mana barnootaa Itiyoo Paarent irraa galmaaโeera.
๐ Tigraayitti qormaanni bara kana 700 keessaa kan qorame yommuu taโu, qabxii guddaan 675/700 galmaaโeera. Naannoolee biroo irraa shamarraniin qabxii guddaa galmeessaniiru.
๐ Bara kana manni barnootaa 1,363 barataa tokkollee hin dabarsine.

๐4๐2๐ฅฐ1
๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป ๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป
๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ
๐ป2017๐ปแแแซแ๐ปแ แฒแต แ แแต๐ป
๐ป๐ป๐ป
แแแซแ๐ปแ แฒแตแ แแต
แแแซแ๐ป แ ๐ปแฒ๐ปแต
แแแซแ ๐ป แ๐ปแ๐ปแต
แแแณแ ๐ป แ๐ปแ๐ปแต
๐ป๐ป๐ป๐ป แ ๐ปแฒ๐ปแต
แ๐ปแ๐ปแต
แ ๐ปแฒ๐ปแต
แ ๐ปแฒ๐ปแต
แ๐ปแ๐ปแต
แ ๐ปแฒ๐ปแต
แ๐ปแ๐ปแต
แ ๐ปแฒ๐ปแต
แ๐ปแ๐ปแต
แ ๐ปแฒ๐ปแต
แ๐ปแ๐ปแต ๐ป๐ป๐ป๐ป
๐ปแ๐ปแ ๐ปแซ๐ปแ๐ป๐ป๐ป๐ป
๐ปแ ๐ปแฒ๐ปแต๐ปแ๐ปแ๐ปแต ๐ป
๐ป ๐ป ๐ป
๐ปแแ๐ป๐ป๐ปแซแ๐ป
แ ๐ปแฒ๐ปแต แ๐ปแ๐ปแต
แ ๐ปแฒ๐ปแต แ๐ปแ๐ปแต
แ ๐ปแฒ๐ปแต แ๐ปแ๐ปแต
แ ๐ปแฒ๐ปแต แ๐ปแ๐ปแต
แ ๐ปแฒ๐ปแต แ๐ปแ๐ปแต
แ ๐ปแฒ๐ปแต แ๐ปแ๐ปแต
แ ๐ปแฒ๐ปแต แ๐ปแ๐ปแต
แ ๐ปแฒ๐ปแต แ๐ปแ๐ปแต
แ ๐ปแฒ๐ปแต แ๐ปแ๐ปแต
๐ปแ๐ปแ๐ปแซ๐ปแ๐ป
๐ป ๐ป ๐ป
๐ป๐ปแ แฒแต
๐ป๐ป๐ปแ แแต
๐ป๐ปแ๐ปแแซแ
๐ป๐ปแ แฒแต๐ปแแแต
แ แฒแต๐ปแแแต
แ แฒแต๐ปแแแต
แ แฒแต๐ปแแแต
แ แฒแต๐ปแแแต
แ แฒแต๐ปแแแต
แ แฒแต๐ปแแแต
แ แฒแต๐ปแแแต
แ แฒแต๐ปแแแต
แ แฒแต๐ปแแแต
แ แฒแต๐ปแแแต
๐ปแแแซแ ๐ป แ แฒแตแแแต
๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป
แ แฒแตแแแต๐ปแแแณแ๐ป๐ป
๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป
๐บ แญ๐ปแ ๐ป๐ปแ ๐ปแ๐ปแต๐ป๐ผ
แจ๐ปแฐ๐ปแ๐ปแ๐ป๐ปแ แแต๐ป๐ท
แจ๐ปแ๐ปแ ๐ปแญ ๐ป๐ปแ แแต๐ป๐ท
แจ๐ปแแแต ๐ป
แจ๐ปแญแฅแญ ๐ป
แจ๐ปแนแแต๐ป
แจ๐ปแณแแ แแต๐ป
๐ปแแแต ๐ผ
๐ป๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ป๐ท๐น๐ฅ
๐ปแญ๐ฅแ๐นแ๐ทแ๐ผแฝ๐นแ ๐พ
๐ป๐ฅ ๐ผ ๐ฅ๐น๐บ ๐ท
๐ปแจแ แจแจแต ๐ป
๐ปแจแนแแต ๐ป
๐ปแจแแญแแต ๐ป
๐ปแจแแแแต ๐ป
๐ปแจแจแแณ ๐ท๐ป
๐ปแแแต ๐ท๐ป
๐ป แญแแ ๐ป๐ป
๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป
๐ป๐ป๐ผ๐ผ๐ผ
๐ช๐นแแแซแฝแ แฐแแ แจแแตแแแ แต ๐ ๐๐ป๐ป
๐ป๐ป๐ป แซแฐแฅแแ แจแแณแซแ แต ๐ป๐ป
๐ป๐ป๐ป ๐ป๐ป
๐ปแจแซแณ๐ปแจแฐแแ๐ปแจแคแ๐ปแจแ แจแจแต๐ป๐ป
๐ป๐นโฃ๐พแแแต ๐๐ทแญแแแแแข๐ป๐๐ป๐ป
๐ปschooltech๐ป
๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ
๐ป2017๐ปแแแซแ๐ปแ แฒแต แ แแต๐ป
๐ป๐ป๐ป
แแแซแ๐ปแ แฒแตแ แแต
แแแซแ๐ป แ ๐ปแฒ๐ปแต
แแแซแ ๐ป แ๐ปแ๐ปแต
แแแณแ ๐ป แ๐ปแ๐ปแต
๐ป๐ป๐ป๐ป แ ๐ปแฒ๐ปแต
แ๐ปแ๐ปแต
แ ๐ปแฒ๐ปแต
แ ๐ปแฒ๐ปแต
แ๐ปแ๐ปแต
แ ๐ปแฒ๐ปแต
แ๐ปแ๐ปแต
แ ๐ปแฒ๐ปแต
แ๐ปแ๐ปแต
แ ๐ปแฒ๐ปแต
แ๐ปแ๐ปแต ๐ป๐ป๐ป๐ป
๐ปแ๐ปแ ๐ปแซ๐ปแ๐ป๐ป๐ป๐ป
๐ปแ ๐ปแฒ๐ปแต๐ปแ๐ปแ๐ปแต ๐ป
๐ป ๐ป ๐ป
๐ปแแ๐ป๐ป๐ปแซแ๐ป
แ ๐ปแฒ๐ปแต แ๐ปแ๐ปแต
แ ๐ปแฒ๐ปแต แ๐ปแ๐ปแต
แ ๐ปแฒ๐ปแต แ๐ปแ๐ปแต
แ ๐ปแฒ๐ปแต แ๐ปแ๐ปแต
แ ๐ปแฒ๐ปแต แ๐ปแ๐ปแต
แ ๐ปแฒ๐ปแต แ๐ปแ๐ปแต
แ ๐ปแฒ๐ปแต แ๐ปแ๐ปแต
แ ๐ปแฒ๐ปแต แ๐ปแ๐ปแต
แ ๐ปแฒ๐ปแต แ๐ปแ๐ปแต
๐ปแ๐ปแ๐ปแซ๐ปแ๐ป
๐ป ๐ป ๐ป
๐ป๐ปแ แฒแต
๐ป๐ป๐ปแ แแต
๐ป๐ปแ๐ปแแซแ
๐ป๐ปแ แฒแต๐ปแแแต
แ แฒแต๐ปแแแต
แ แฒแต๐ปแแแต
แ แฒแต๐ปแแแต
แ แฒแต๐ปแแแต
แ แฒแต๐ปแแแต
แ แฒแต๐ปแแแต
แ แฒแต๐ปแแแต
แ แฒแต๐ปแแแต
แ แฒแต๐ปแแแต
แ แฒแต๐ปแแแต
๐ปแแแซแ ๐ป แ แฒแตแแแต
๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป
แ แฒแตแแแต๐ปแแแณแ๐ป๐ป
๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป
๐บ แญ๐ปแ ๐ป๐ปแ ๐ปแ๐ปแต๐ป๐ผ
แจ๐ปแฐ๐ปแ๐ปแ๐ป๐ปแ แแต๐ป๐ท
แจ๐ปแ๐ปแ ๐ปแญ ๐ป๐ปแ แแต๐ป๐ท
แจ๐ปแแแต ๐ป
แจ๐ปแญแฅแญ ๐ป
แจ๐ปแนแแต๐ป
แจ๐ปแณแแ แแต๐ป
๐ปแแแต ๐ผ
๐ป๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ป๐ท๐น๐ฅ
๐ปแญ๐ฅแ๐นแ๐ทแ๐ผแฝ๐นแ ๐พ
๐ป๐ฅ ๐ผ ๐ฅ๐น๐บ ๐ท
๐ปแจแ แจแจแต ๐ป
๐ปแจแนแแต ๐ป
๐ปแจแแญแแต ๐ป
๐ปแจแแแแต ๐ป
๐ปแจแจแแณ ๐ท๐ป
๐ปแแแต ๐ท๐ป
๐ป แญแแ ๐ป๐ป
๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป
๐ป๐ป๐ผ๐ผ๐ผ
๐ช๐นแแแซแฝแ แฐแแ แจแแตแแแ แต ๐ ๐๐ป๐ป
๐ป๐ป๐ป แซแฐแฅแแ แจแแณแซแ แต ๐ป๐ป
๐ป๐ป๐ป ๐ป๐ป
๐ปแจแซแณ๐ปแจแฐแแ๐ปแจแคแ๐ปแจแ แจแจแต๐ป๐ป
๐ป๐นโฃ๐พแแแต ๐๐ทแญแแแแแข๐ป๐๐ป๐ป
๐ปschooltech๐ป
๐10
Forwarded from TIKVAH AFAAN OROMOO
Qabxiin barattoota sagantaa sirreefama (Remediyaalii) ifoome.
Qabxiin barattoota bara 2016 sagantaa sirreeffama dhaabbilee gara garaatti hordofaa turan ifoomee jira.
Barattoonni qabxii isaanii karaa liinkii armaan gadiitiin ilaaluu dandaโu.
https://result.ethernet.edu.et/
@tikvahethafaanoromoo

๐4
#DV2026
Iyyanni Viizaa (DV) US Diversity (DV) bara 2026 boru irraa eegalee banaa ta'a.
Bara baajataa 2026'f carraa viizaa (DV) hanga kuma 55 taโu qophaa'ee jira.
Iyyachuuf kaffaltiin hin barbaachisu.
Ameerikaan namoota kumaatamaan lakkaaโaman Itoophiyaa dabalatee biyyoota adda addaa irraa karaa Diversity Viizaa (DV) akka fudhattu beekamaadha.
Boru odeeffannoo bal'aa isiniif dhiyeessina

๐3