Abban qabeenya telegrami pavel derov polisootan airport faransaayi keessaatti to’aanna jala oleera
Telegram ባለቤቱ Pavel Durov በ FRANCE 🇫🇷 AIRPORT ውስጥ በፖሊሶች በቁጥጥር ስር ውሏል!
@schooltech1

Hogganaan Nageenya Interneetii rashiya: Ameerikaan humna Durov'n Firaansitti qabamuu isaa duuba jiru
Hogganaan Nageenya Interneetii Rusiyaa, Durov'n Firaansitti qabamuu isaa Ameerikaa irraa madduun kan ta'e jedhe. Kuni yaada isaanii ibsuun, Ameerikaan Durov'n fi Telegram irratti dhiibbaa gochaa jiraachuu fi rakkoo siyaasaa uumuu akka barbaaddu agarsiisa.

⚠️🔥Head of Russian Safe Internet Alliance: The US is the force behind Durov's arrest in France😦
bd-net-vpn-prince.apk
52.8 MB
Daangaa paakeejii Malee Interneti Fayyadama
Namichi vpn kana hojjete Iccitii toora interneti sirritti qo'ate kan beeku yoo ta'uu dangeeffama interneti naannoo tokko irraa kaasuun paakeejii qabdanin akka social platform gara gara fayyadamtan isiin gargaara.
Fkn package telegrami qofaf ta’uu qarshii kudhanin 1.5GB yoo bittan app vpn kana waliin connect goochun 1.5GB’n tiktok, facebook, Telegram, instagram fi wanta barbaaddan fayyadamu ni dandeessu
Step fayyadama isaa
1.app kana buufachun install gootuu
2.package internet telegrami qofaaf qarshi 10nin bitaattu
3.data banuun gara app BD net vpn seenun telegram package kan jedhuu filaachun connect gootu
4.saffisa gaariidhan tiktok, youtube, facebook, telegram, instagram, fi wanta kamiyyu fayyadamu dandeessu

👍7😁1🍾1
Forwarded from Michuu Media
DOGS akkamiin gurgurra kan jedhu viidiyoo kana ilaala. Kallattiin gara baanki keessanitti ergachuuf viidiyoo kan ilaalaa.
https://youtu.be/bFGyPo0VrpQ
https://youtu.be/bFGyPo0VrpQ
❤4
yeroo amma kanatti $DOGS Token exchanges garaagaraa kanneen akka:
✅Binance
✅OKX
✅Bybit
✅Bitget fi
✅Gate io irratti List ta'ee jira.
0.0005454 list ta’ee amma 0.00107 irraa jira

❤1
🤩CATS
✅walumaa galatti dogs wajjin wal fakkata qabxi kessan guddisuudhaf task hojjedha nama invite godha.
✅Join $CATS Link
Namoonni eegalu barbaaddan link kanaan seena
t.me/catsgang_bot/join?startapp=vDDGhJANekLpEH4deUxfJ

🖥 Main updates and key points of the week:
🟠Pre Market: $CATS has already announced its Pre Market on Bitget. 🐈
🟠Major Exchange Listings: $CATS will soon be listed on top exchanges like Bitget, CoinW, BingX, LBank, BitMart, Gate, and Whitebit. 🐈⬛
🟠Innovative Technologies: $CATS is introducing the AI Cat Photo tool! Snap and submit your cat’s pics 😐, and the AI will reward you with points for every unique shot! 🐈 Plus, you can create a custom avatar and upgrade your cat avatar with in-game points based on the AI's assessment.
✅Join $CATS Link
Namoonni eegalu barbaaddan link kanaan seena
t.me/catsgang_bot/join?startapp=vDDGhJANekLpEH4deUxfJ
Major announce 📣
Yeroo itti nama affertan amma sababni isaa referral bonusin dabale jira
Nama 1 yoo affertan 750 rating point isiinif kenna
Nama 1 premium kan qabu yoo affertan 1000 rating point isiinif keenna
Akkasumas wanti isiin hubaachu qabdan rating kun token keessanif barbaachisa akka ta’e fi yeroo projectin kun itti list ta’uu dhiyoo akka ta’es himaaniru.
Torbe kana waan haaraatin dhufna jedhaniruu maalinni laata?😊
Kan hin jalqabne link kanan jalqaba kan jalqabdan immoo nama affeeru fi gara garumma saati 8titin seenun akkasumas task guyya guyyan kennamu hojjechuun point waliitti qabadha
Jalqabuuf
https://t.me/major/start?startapp=838712052
@Major

📈 Raising the stakes, Majors!
Now is the perfect time to invite your friends — the referral bonuses have risen to the MAX!
⭐️ Regular Major: 750 Rating points
⭐️ Premium Major: 1000 Rating points
📆 Remember: Rating is the future token. The listing is just around the corner, and this week, very exciting events await you!
@Major
@schooltech1
❤1
➨ Major bot ላይ ያሉ ስታሮች አሁናዊ ዋጋቸው
50 Star = 117.99 ETB
Major በገፃቸው ላይ በዚህ ሳምንት አስደሳች ነገር ከእኛ ጠብቁ ብለውናል !
⭐️አክለውም አሁን ላይ ሰዎችን የመጋበዧ ትክክለኛ እና ወሳኝ ሰዓት መሆኑን ተናግረዋል ይህንንም ያሉት 1 ሰው ሲጋበዝ 750 star ያገኛል ተጋባዡ ባለ ፕሪሚየም ከሆነ ደግሞ +1000 ቦነስ ስታር ያገኛል።
➡️እና ምን እየጠበቃቹ ነው ካልጀመራቹ አሁኑኑ ጀምሩ
➨ 1 ሰው ሲጋብዙ 750 stars ያገኛሉ
➨ ቦቱ ይህ ነው https://t.me/major/start?startapp=5272795734

Forwarded from Hamster Kombat Announcement
🤩 Save the date for Hamster Kombat's TGE and AirDrop — September 26th! 🤩
Dogs transaction fee fi namoota dogs gurguraachu barbaaddan hundaaf
🔥Namoonni #transaction_fee dhaaf #TON bitachuu barbaaddan amma irraa kaastanii asiin na quunnamuun #0.55TON qarshii #600n bitaachu dandeessu
👉@Samilearn
🔥Akkasumas Kanneen $DOGS telegram wallet irraa qabdan p2p market irraatti gurguraachuf verify kan isiin gaafatu gurguraachu yoo barbaaddan na qunnamuu dandeessu.
Gatiin Dogs 1 = 0.1etb
Dogs 10 = 1etb
👉@samilearn
kallattiin dhimma keessan naa barreessaa🙏
@samilearn

👍2🥰1👏1
Hundeessaafi hoji geggeessaan Teelegiraamaa Paavel Duuroov hiikameera.
Gaafa august 25 bara 2024 faransaay paarisitti hidhamee kan ture durov addunyaa irraa namoota bebbeekamoo kanneen akka Eelen Mask , Tucker Carlsonfi biyyoottan kanneen akka Yuunayitid Arab Emiraatis fi Raashiyaan faransaay qeeqamaa kan turte yommuu ta’u, abbaan kalaqaa sammiu ajaayibaa qabuufi iccitii fayyadamtoota isaa eeguun fakkenyummaa guddaa ta’e dhalataa Raashiyaa Biliyeenarri Paavel guyyaa harraa hidhaa irraa hiikameera.
Hiikamuu isaattis fayyadamtoota Teelegiraamaa biliyoona tokkotti dhihaatan dabalatee namoonni hedduun gammachuu isaanii ibsaa jiru.
Guyyaa inni hidhamee ka’ee duulli dijitaalaa geggeeffamaa kan ture yommuu ta’u Yuunayitid Arab Emireets bittaafi gurgurtaa “Rafale fighters” doolaara biliyoona 19iin Faransaay irraa bituuf turte dhiisuun dhiibba gara ishee taassisaa turteetti.
Manni murtichaa wabii Yuuroo miiliyoona 5 ykn Doolaara miiliyoona 5.56n akka gadhiifamu ajajeera.

❤2👍2