COD-ETยฎ
20.3K subscribers
615 photos
32 videos
122 files
535 links
#COD-ET ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น

๐Ÿ’ป Code โ€ข Learn โ€ข Build
๐Ÿš€ Ethiopiaโ€™s growing developer community

๐ŸŽฏ Tech tips | ๐Ÿ’ก Learning | ๐ŸŒ Web & Apps | ๐ŸŽจ Design | ๐Ÿ’ผ Online opportunities

We build. We learn. We grow. Together.

Smart Code. Smart Security. Ethiopian Soul
Download Telegram
Diversity Immigrant Visa (DV)

Ji'oota muraasaan dura carraa galmaawu DV kan kennitee turte Ameerikaan, Abbootiin carraa akka beekkamaniifi May 06/2023yookiin sanbata xiqqaa fuuldura keenya jiru abbootiin carraa kanneenis  akka ibsaman beekamee jira. Namoonni galmooftanii turtan karaa http://ow.ly/9E7A50O7plm tiin carraa keessan ilaallachuu dandeessu. Kanaan alatti gama kamiinuu akka hin ibsamnee fi hattoota bilbilaa fi barreefamaan abbootii carraa taatan jechuun isin hatuuf qophaa'aniif gurra kennu akka hin qabne Imbaasiin Ameerikaa Finfinnetti argamu ibsee jira.

Share and like your channel
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
@samitecno
@free_ict_group
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
Website kitaaba irraa buufachuf nuu gargaaran muraasa

โ—ฝ๏ธ www.bookboon.com
โ—ฝ๏ธ http://ebookee.org
โ—ฝ๏ธ http://sharebookfree.com
โ—ฝ๏ธ http://m.freebooks.com
โ—ฝ๏ธ www.obooko.com
โ—ฝ๏ธ www.manybooks.net
โ—ฝ๏ธ www.epubbud.com
โ—ฝ๏ธ www.bookyards.com
โ—ฝ๏ธ www.getfreeebooks.com
โ—ฝ๏ธ freecomputerbooks.com
โ—ฝ๏ธ www.essays.se
โ—ฝ๏ธ www.sparknotes.com
โ—ฝ๏ธ www.pink.monkey.com

Share and like your channel
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
@samitecno
@free_ict_group
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
Liinkiin garaagaraa email ykn message dhaan online irratti wayita isinitti ergamuu liinkiin sun #safe tahuu fi tahuu dhabuu isaa website armaan gadii fayyadamuun adda baasuu dandeessu.

1 urlvoid.com

2 safeweb.norton.com

3 transparencyreport.google.com/safe-browsing/search

4 virustotal.com/gui/home/url

ยฉburkatech

Share and like your channel
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
@samitecno
@free_ict_group
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
๐Ÿ‘2
Forwarded from Jabaa Creative (แบžรฅรฃmรฏรฎ TรถlรฆรŸรค)
#SITINA_CHARITY#
--------------------------------------------
#DailyDesign
#Photoshop
#sitina_charity_challenge
#poster
#GFX_By
                  @jabagfx
garagaruumma chat gpt fi google bard giddu jiruu

#Data: ChatGPT is trained on a dataset of text and code that was collected up to 2021. Bard, on the other hand, is trained on a dataset that is constantly being updated with new information. This means that Bard has access to the latest research and information, while #ChatGPT may be limited in its knowledge.
Access to the internet: Bard has access to the internet in real time. This means that I can access the latest information and research, as well as the latest trends and popular culture. #ChatGPT, on the other hand, is limited to the information that was included in its training dataset.
#Capabilities: Bard is capable of a wider range of tasks than ChatGPT. For example, I can write different kinds of creative content, such as poems, code, scripts, musical pieces, email, letters, etc. ChatGPT is primarily focused on text functions.
Overall, Bard and ChatGPT are both powerful language models with different strengths and weaknesses. Which one is better for you depends on your specific needs. โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”- share and like your channel
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
@samitecno
@free_ict_group
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
โค4
AKKAMITTI #GOOGLE_BARD FAYYADAMNA?
Dorgomaa #chatgpt kan tahe fi dhiyeenya kana kan gadi lakkifame Google #bard fayyadamuu yoo barbaaddaan liinkii armaan gadiin seentanii #signin(email fi password kessan galchuudhan itti fayyadamuu dandeessuu.
https://bard.google.com

Share and like your channel
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
@samitecno
@free_ict_group
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
๐Ÿ”ฅ3
#Tips

kottonfaachiftu(abrivation)
namoonni baayyen barreeffama keessatti fayyadaman....

โ–ช๏ธ2 = to
โ–ช๏ธ2 mrw = tomorrow
โ–ช๏ธ4 =  for
โ–ช๏ธAFK = away from keyboard
โ–ช๏ธAKA = also known as
โ–ช๏ธASAP =  as soon as possible
โ–ช๏ธA/S/L =  age/sex/location
โ–ช๏ธAYT = Are you there?
โ–ช๏ธB2W = back to work
โ–ช๏ธB4 = before
โ–ช๏ธBBL =  Be back later
โ–ช๏ธBBS = Be back soon
โ–ช๏ธBF = boyfriend
โ–ช๏ธBFF = best friend(s) forever
โ–ช๏ธBRB = Be right back
โ–ช๏ธBTW = by the way
โ–ช๏ธCMB  = Call me back
โ–ช๏ธCMIIW = Correct me if Iโ€™m wrong
โ–ช๏ธCU  = See you
โ–ช๏ธCU L8R = See you later
โ–ช๏ธCUZ/COS = because
โ–ช๏ธCWYL = Chat with you later
โ–ช๏ธDC = disconnected
โ–ช๏ธDIY = Do it yourself
โ–ช๏ธDM = Direct Message
โ–ช๏ธF2F = face-to-face
โ–ช๏ธFAQ = frequently asked questions
โ–ช๏ธFB = Facebook
โ–ช๏ธFYI = for your information
โ–ช๏ธFYEO = for your eyes only
โ–ช๏ธGB = goodbye
โ–ช๏ธGF = girlfriend
โ–ช๏ธGG = Gotta go
โ–ช๏ธGL = good luck
โ–ช๏ธGR8 = great!
โ–ช๏ธHBD = Happy Birthday
โ–ช๏ธhhhhhh = very funny
โ–ช๏ธHow r u = How are you?
โ–ช๏ธIC = I see
โ–ช๏ธIDK = I donโ€™t know
โ–ช๏ธIMHO = in my humble opinion
โ–ช๏ธIK = I know
โ–ช๏ธIM = Instant Message
โ–ช๏ธIOW = in other words
โ–ช๏ธJ/K = just kidding
โ–ช๏ธK = OK
โ–ช๏ธL8R = later (goodbye)
โ–ช๏ธLOL = laugh out loud
โ–ช๏ธM/F = male or female?
โ–ช๏ธmins = minutes
โ–ช๏ธMSG = message
โ–ช๏ธnv = nevermind
โ–ช๏ธOIC = Oh, I see
โ–ช๏ธOTW = on the way
โ–ช๏ธP2P = person-to-person
โ–ช๏ธPLZ = please
โ–ช๏ธPM = Private Message
โ–ช๏ธRUOK = Are you okay?
โ–ช๏ธSup or Zup = Whatโ€™s up?
โ–ช๏ธSYL = See you later
โ–ช๏ธTGIF Thank = goodness itโ€™s Friday
โ–ช๏ธTHX or thnx = thanks
โ–ช๏ธTYT = Take your time
โ–ช๏ธu = you
โ–ช๏ธU2 = you too
โ–ช๏ธur = your / Friday

Share and like your channel
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
@samitecno
@free_ict_group
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
๐Ÿ‘4โค3
#chatgpt
----------------------------------------------
Barattoota kutaa 9-12 jirtaniif
----------------------------------------------
Bu'aan teeknolooji gama barnoota bilisa kennuutin baayye babballaacha dhufeera kanan duraa kanan isiinif maxxanse #chatgpt fi #google_bard akka itti fayyadama jirtaan shakki hin qabu itti dabalee har'aas Chatbot dhiyeenya kana hojjetame kitaba barata kutaa 9-12 fi entrance exam baroota darbani gaaffilee gara gara deebi quubsa waliin kitaaba 9-12 keessa isiinif deebisa chatbot kun kannen kana irraatti hunda'ee kan hojjetame yoo ta'u isiinimmo link bot kana gaditti bu'uun fayyadama

#akkamitti fayyadamna?
Link kana gaditti bu'uun
start jechuun filanno isiinif dhufu kessa gaaffi gaafattu yoo ta'ee #ask question yoo kitaaba buufachu barbaaddu yoo ta'emmo #download jechuun fayyadama

@TeacheruBot

Share and like your channel
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
@samitecno
@free_ict_group
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
๐Ÿ”ฅ3
https://www.examveda.com/mcq-question-on-arithmetic-ability/

๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
#baraattoota kutaa 12ffa bara kana entrance fudhattan link website kana ol jiruu kun
Qormanni aptitude bara 2013 fi 2014 osoo homaa Hin jijjiirin website kanarra copy godhanii fidaaniru kanaafu Yeroo gababdu qabdan kanatti seentani yoo ilaaltan gaariidha.

Share and like your channel
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
@samitecno
@free_ict_group
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
๐Ÿ‘2
#Tip

Time is our most valuable asset.
When you are young, you are literally a ยซtime billionaireยป


Share and like your channel
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
@samitecno
@free_ict_group
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
๐Ÿ‘2
#tip

โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ

โ—ˆ "Bor akka itti fuftu yoo barbaadde, har'a eegali! Qajeelfama jireenyaa 'HAR'A EEGALUU' jedhu yeroo hundaa fuula kee duraa hin dhabin"

@Gaggeessummaa

Share and like your channel
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
@samitecno
@free_ict_group
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
๐Ÿ‘2
1DM_V15.9.1.apk
22.2 MB
DOWNLOAD BY 5X SPEED

Share and like your channel
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
@samitecno
@free_ict_group
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
CapCut_V8.3.0.apk
62.7 MB
VIDEO EDITOR FOR TIKTOKER

Share and like your channel
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
@samitecno
@free_ict_group
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
๐Ÿ‘2
TikTok_V29.8.2.apk
54.3 MB
tiktok apk

Share and like your channel
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
@samitecno
@free_ict_group
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
EUEE COLLECTION @samitecno.apk
28.2 MB
qormata biyyoolleessa kutaa 12ffa hanga bara 2011 kan of keessa qabu akkasumas deebi isaa waliin hojjete kan isiinif ka'uu ๐Ÿ˜ณ

Share and like your channel
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
@samitecno
@free_ict_group
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
โค2
akkamitti kompitera schedule keenninefi cufna?

hiriyaan keessan yookiis ijoolleen keessan yeroo muraasaf kompiteera keessanitti fayyadamani yoo kan deeman ta'e isiin kompiterri keessan akka bana hin taanef schedule keessanifi biraa deemu qabdu.

fkn yoo hiriyaan keessan film sa'aati 2 kompitera keessan irraa ilaalu barbaade sa'aati 2 booda kompiterri keessan akka cufuf schedule lattanifi deemtu jechuudha.

step kana gadii sadeen hordofa

jalqaba

1.bantu window qabdani fi qubee 'r' cuqaastu (win+r)

2.'cmd' jettani barreessitu

3.kan kana gadi kana barreessitu

shutdown -s -t 600

yadachisa: bakki 600 jedhee jiruu yeroo sekondidhaan hanga schedule kennufi barbaanne sanadha jechuudha kanafu yeroo barbaaddaanitti jijjiruu dandeessu fkn daqiiqa 10 booda akka cufu barbaanna yoo ta'e 10x60sekondi=600sekondi jechuudha


Share and like your channel
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
@samitecno
@free_ict_group
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
๐Ÿ‘7
BARNOOTA YKN HOJII KEESSAN BIRATTI MAAL HOJJECHUUF YAADDANI JIRTUU?

๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™akka keenyatti๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

WEBSAAYITI BARNOOTA ONLINIDHAAN BARSIISANI WARAAQA RAGAA(certificate) KEENNU DANDA'AAN KUDHAAN
QABAANNE ISIINIF DHIYAANNEERRA


1.OPEN LEARN:-WEBSITE KUN YUNIVERSITI BIYYAATTI WALIIN TA'UUDHAN GOSAA BARNOOTA ARMAAN GADII LAATU MONEY AND BUSINESS , EDUCATION AND DEVELOPMENT, HEALTH, SPORTS [PSYCHOLOGY, HISTORY & ARTS, LANGUAGES,SCIENCE, MATHS & TECHNOLOGY, SOCIETY, POLITICS FI KANNEN KANA FAKKATAN ONLINIDHAAN MANA KEESSAN TEESSANI XUMURUUN CERTIFICATE ARGACHUU DANDEESSU.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
www.open.edu/openlearn/

2.FUTURE LEARN:- KUNIS AKKUMA OPEN LEARN YUNIVERSITI WALIIN TA'UUDHAN BARNOOTA BILISAA KAN LAATU TA'A ITTI DABALE WEBSITE KUN BARATTOOTA BARNOOTA WALITTI FUFINSAAN FUDHAATAN WALIIN HAASA NI TAASIISA BARNOOTNI ISAAN BILIISAN KEENNANIS BUSINESS & MANAGEMENT, HEALTH & PSYCHOLOGY, TECH & CODING, FI TEACHING BILISAN NI KEENNA.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
www.futurelearn.com

3.ALISON:-BARATTOOTA HEDDUU KAN OF KEESSA QABUU AKKASUMAAS COURSE DHIBBA SADDETI OL KAN OF KEESSA QABUU FI BILISAAN CERTIFICATE FI SADARKA DIPLOOMATTI WEBSAAYIITI BILISAAN KEENNUDHA ITTI DABALEE CERTIFICATE TOKKO FUDHAACHUDHAF COURSE BARATTAN SANA 100 KEESSA 80 OL FIDUUTU SINIRRA JIRA.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://alison.com/

4.UDACITY:-WEBSAAYITI BAAYYE BAREEDA GOSA BARNOOTA BABBAREEDA IRRAA ARGAATANIDHA AKKASUMAS KALLATTI TECHNOLOGY IRRAATTI WEBSITE BAAYYE ISIIN FAYYADUUDHA COURSE WEBSITE KUN BILISAAN KEENNU MURAASNI AKKA ARMAAN GADIITI ANDROID, IOS, SOFTWARE INGEENERING, ARTIFICIAL INTELLIGENCE, DIGITAL MARKETING FI ROBOTICS BILISAN BARSIISANI CERTIFICATE KEENNU.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
www.udacity.com

5.TUTS +:-WEBSAAYITI KUN IRRA CAALATTI TECHNOLOGY IRRAATTI KAN XIYYEEFFATU YOO TA'U COURSE INNI KENNU KANNEN AKKA DESIGN, ILLUSTRATION, CODE, WEB DESIGN, PHOTOGRAPHY, VIDEO GRAPHY, BUSINES, MUSIC, 3D GRAPHICS, MOTION GRAPHICS AKKASUMAS COURSE DABALAATAS NI KEENNU MAARRE WEBSITE KANA FAYYADAMUDHAN BILISAAN CERTIFICATE FI SADARKA DIPLOMA KAN KEENNUDHA.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
www.tutsplus.com

6.OPEN CULTURE:- WEBSAAYITI BILISAN BARNOOTA GOSAA GARA GARA KUMA TOKKO FI DHIBBA SADII OL OF KEESSATTI QABATEDHA AKKASUMAS COURSE ISIIN BARBAADDAN BIFA AUDIO FI VIDEO TIIN HAALA SALPHAA TA'EEN KAN ISIINIF DHIYEESSU TA'A.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
www.openculture.com

7.LYNDA:-WEBSAAYITI KUN IMMO COURSE SOFTWARE DEVELOPMENT , DESIGN, BUSINESS, WEB DEVELOPMENT,MARKETING,FI PHOTOGRAPHY KAN OF KEESSAATTI QABATEEDHA MAARRE WEBSITE KANATTI FAYYADAMUDHAN MANA KEESSAN TA'A BARADHA
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
www.lynda.com.cach3.com

8.COURSERA:-WEBSAAYITI KAN KANARRAATTI UNIVERSITOONNI BEBBEKAMOON KANNEN AKKA HARVARD UNIVERSITY, VERGINIA UNIVERSITY, STANFORD UNIVERSITY, WALIIN TA'UUDHAN BARNOOTA BILISA NI KEENNU COURSE ISAAN KEENNA KEESSAN MUURASNI DIGITAL MARKETING, DATA SCIENCE, DEEP LEARNING, APPLIED DATA SCIENCE WITH PYTHON, MACHINE LEARNING, PYTHON BILISAN CERTIFICATE WALIIN KAN KEENNANIDHA
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
www.coursera.org/professional-certificates/google-cybersecurity

9.EDX:- AKKUMA COURSERA UNIVERSITONNI BAAYYEN IRRAATTI KAN ARGAMANI BARNOOTA BILISA KAN KEENNANIDHA COURSE ISAAN KEENNAN KEESSA MURAASNI, COMPUTER SCIENCE, LANGUAGE, PSYCHOLOGY, ENGEENERING, DIGITAL MARKETING FI KAN KANA FAKKATANIDHA AKKASUMAS BARATTOOTA HIGH SCHOOL IRRA JIRAAN BAAYYE GARGAARA XUMURAA IRRAATTIS BARSISA ISIIN BARSIISEN MALLATTA'E CERTIFICATIN ISIINIF KENNAMA
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
www.edx.org

10.UDEMY:- WEBSAAYITI BAAYYE GUDDA COURSE KUMAA SHANI OL OF KEESSATTI QABATEDHA COURSE BARBAADDAN WEBSITE IRRA ARGAATTANIDHA AKKASUMAS BARAATTONNI HEDDUN KAN IRRAA BARATANIDHA KARA SALPHAA BARACHUUDHAF APPLICATION MATA ISAA DANDA'EES KAN QABUUDHA COURSE TOKKO TOKKO KAN KAFFALTI GAFAATAN NI JIRUU BAAYYEN ISAANI BILISAN KAN KEENNAMUUDHA.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
www.udemy.com

๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž

:-MAARRE WEBSAAYITI KANAN OLII SEENUDHAN AKKA BARNOOTA DABALAATATTI BARNOOTA BARBAADDAN BARACHUUDHAN SALPHAATTI BEEKUMSA OFITTI COPHSUUDHAN JIREENYA FULDUURA KEESSAN JIRUUF KARA SAAQA.

#tip

โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”ฅ4๐Ÿ‘3๐Ÿ‘1๐Ÿ˜1
โ—ˆ "Bor akka itti fuftu yoo barbaadde, har'a eegali! Qajeelfama jireenyaa 'HAR'A EEGALUU' jedhu yeroo hundaa fuula kee duraa hin dhabin"

Share and like your channel
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
@samitecno
@free_ict_group
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
โค4๐Ÿ‘1
๐Ÿ”ฐ How To Access Blocked Websites | 9 Ways Tricks ๐Ÿ”ฐ

1. Accessing via IP Instead of URL
ping yourdomain.com
Copy the IP that is shown in the results onto your browserโ€™s address bar and open the site as usual.

2. Use A Proxy Site

3.Use a VPN Service

4. Use TOR Browser

5. Using Public DNS of ISPs
https://developers.google.com/speed/public-dns/docs/using

6. Setting Your Browserโ€™s Proxy Manually

7. Edit Hosts Files to Bypass Websiteโ€™s IP Address

8. Use SSH Tunnels

9. Cloudflare WARP

Enjoy ๐Ÿ‘โค๏ธ

Share and like your channel
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
@samitecno
@free_ict_group
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
๐Ÿ‘4
โœด๏ธ Teelegiraamiin beeksisa kaffaltii qabu eegaluuf yaalii gochaa jira jedha.

Appiin ergaa dabarsu Teelegiraamiin sirna beeksisa kaffaltii qabu yaalaa jiraachuu beeksise. Sirni kun chaanaalii yoo xiqqaate hordoftoota 1000 qaban irratti kan eegalamu taโ€™uu ibsaniiru.

๐Ÿ“Teelegiraamiin duraan sirna beeksisa kaffaltii qabu kan hin qabne yoo ta'u, amma sirna fayyadamtoonni chaanaalii fi bakka isaanii kaffaltii tokko malee beeksisuu danda'u qopheessuu isaa beeksiseera.

๐Ÿ“Hundeessaa fi hogganaan waliigalaa Telegram Pavel Durov sirni beeksisa kaffaltii qabu kan qoratamaa jiru odeeffannoo dhuunfaa fayyadamtoota Telegram akka hin fayyadamne eeraniiru.

๐Ÿ“ Kana cinatti beeksisni kun gabatee ergaa dhuunfaa fi garee irratti kan hin mul'anne ta'uu fi beeksisni kaffaltiin kan dhiyaatu chaanaalii qofa irratti akka ta'e ibsaniiru.

๐Ÿ“Beeksistoonni beeksisa baasuu barbaadan chaanaalii ykn bot isaanii qubee 160 hin caalleen ibsuu kan danda'an yoo ta'u, chaanaalii beeksisni sun akka tamsa'u barbaadan gama afaan fi qabiyyee adda addaatiin filatanii beeksisuu ni danda'u.

Share and like your channel
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
@samitecno
@free_ict_group
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž