COD-ETยฎ
20.3K subscribers
615 photos
32 videos
122 files
535 links
#COD-ET ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น

๐Ÿ’ป Code โ€ข Learn โ€ข Build
๐Ÿš€ Ethiopiaโ€™s growing developer community

๐ŸŽฏ Tech tips | ๐Ÿ’ก Learning | ๐ŸŒ Web & Apps | ๐ŸŽจ Design | ๐Ÿ’ผ Online opportunities

We build. We learn. We grow. Together.

Smart Code. Smart Security. Ethiopian Soul
Download Telegram
Yeroo tokko "Beela dandamadheera, waraana irraa dandamadheera, miila qullaa kubbaa miilaa taphadheera, barnoota homaa tokkoyyuu hin qabun ture. Har'a garuu galii kubbaa miilaa irraa argadheen ummata koo gargaaruu danda'eera".

Manneen barnootaa, hospitaala ijaare, namoota hiyyummaa hamaa keessa jiraataniif uffata, kophee, nyaata ni kennina. Kana malees, naannoo hiyyeessaa Senegaal keessa jiru hundaaf ji'atti Yuuroo 70 nan kenna. Konkolaataa faashinii, mana jireenyaa faashinii, Jeettiiwwan qananii hin barbaadu, sabni koo jireenya Rabbiin naaf kenne keessaa xiqqoo qooddachuu isaanii naaf wayya."

Goota dhugaa #Saadiyoo_Maanee

credit:abdisaba @samitecno
๐Ÿ‘1
Boorana gargaaruuf

๐Ÿ‘‰ Baankii Daldalaa Itoophiyaa - 1000522499823 (Swift Code: CBETETAA)

๐Ÿ‘‰ Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa - 1011800084313 (Swift code: CBO RETAA)

๐Ÿ‘‰ Baankii Awaash - 013081084782900
(Koodii swiiftii: AWINETAA)

๐Ÿ‘‰ Baankii Oromiyaa - 1548414100001
(Koodii swiiftii: ORIRETAA)


credit:abdisaba #maaloo borana bira dhabbadha lubbu baraara... @samitecno @samitecno
Natural Science Contents for Remedial Program(1) (1).zip
2.1 MB
๐Ÿ”ฐ Natural Science Students
๐Ÿ’ Remedial Program Course Outline

๐Ÿ”ฐ แ‹จ Remedial แ‰ฐแˆ›แˆชแ‹Žแ‰ฝ แ‰ แˆšแ‰€แŒฅแˆ‰แ‰ต แŠ แˆซแ‰ต แ‹ˆแˆซแ‰ต แ‹จแˆแ‰ตแˆ›แˆฉแ‰ต แ‹จแŠฅแŠ•แŒแˆŠแ‹แŠ› แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต
แ‹ญแ‹˜แ‰ถแ‰ฝ แŠจแ‹šแˆ… แ‹แ‹ญแˆ แˆ˜แˆ˜แˆแŠจแ‰ต แ‰ตแ‰ฝแˆ‹แˆ‹แ‰ฝแˆแข

๐Ÿ”ฐ แ‹จแ‰ฐแˆ›แˆซแ‰ฝแˆ—แ‰ธแ‹ แˆตแˆˆแˆ†แŠ‘ แŠญแˆˆแˆณ แ‰ แˆ‰แ‰ตแข
Social Science Contents for Remedial Program (1).zip
1.2 MB
๐Ÿ”ฐSocial Science Students
๐Ÿ’ Remedial Program Course Outline

๐Ÿ”ฐ แ‹จ Remedial แ‰ฐแˆ›แˆชแ‹Žแ‰ฝ แ‰ แˆšแ‰€แŒฅแˆ‰แ‰ต แŠ แˆซแ‰ต แ‹ˆแˆซแ‰ต แ‹จแˆแ‰ตแˆ›แˆฉแ‰ต แ‹จแŠฅแŠ•แŒแˆŠแ‹แŠ› แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต
แ‹ญแ‹˜แ‰ถแ‰ฝ แŠจแ‹šแˆ… แ‹แ‹ญแˆ แˆ˜แˆ˜แˆแŠจแ‰ต แ‰ตแ‰ฝแˆ‹แˆ‹แ‰ฝแˆแข

๐Ÿ”ฐ แ‹จแ‰ฐแˆ›แˆซแ‰ฝแˆ—แ‰ธแ‹ แˆตแˆˆแˆ†แŠ‘ แŠญแˆˆแˆณ แ‰ แˆ‰แ‰ตแข

แ‹จแˆ›แŠซแŠซแˆป แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แˆˆแˆšแ‹ˆแˆตแ‹ฑ แ‰ฐแˆ›แˆชแ‹Žแ‰ฝ แˆผแˆญ แŠ แ‹ตแˆญแŒ‰ ๐Ÿ‘
โค1
#แˆ›แˆตแ‰ณแ‹ˆแ‰‚แ‹ซ

แ‹จRemedial แ•แˆฎแŒแˆซแˆ แˆแ‹ฐแ‰ฃ แ‹ญแ‹ แˆ†แŠ—แˆแข

แ‰ 2014 แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แ‹˜แˆ˜แŠ• แ‹จ12แŠ› แŠญแแˆ แˆ›แŒ แ‰ƒแˆˆแ‹ซ แŠ แŒˆแˆญ แŠ แ‰€แ แˆแ‰ฐแŠ“ แ‹ˆแˆตแ‹ณแ‰ฝแˆ แˆˆแ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แˆšแŠ’แˆตแ‰ดแˆญ แ‰ฐแŒ แˆช แ‰ แˆ†แŠ‘ แ‹จแˆ˜แŠ•แŒแˆตแ‰ต แ‹ฉแŠ’แ‰จแˆญแˆตแ‰ฒแ‹Žแ‰ฝ แ‹จ Remedial แ•แˆฎแŒแˆซแˆ แˆˆแˆ˜แŠจแ‰ณแ‰ฐแˆ แ‹จแˆšแ‹ซแˆตแ‰ฝแˆ แˆ›แˆˆแŠแ‹ซ แ‹แŒคแ‰ต แ‹ซแˆตแˆ˜แ‹˜แŒˆแ‰ฃแ‰ฝแˆ แ‰ฐแˆ›แˆชแ‹Žแ‰ฝ แ‹จแ‰ฐแ‰‹แˆ แˆแ‹ฐแ‰ฃแ‰ฝแˆแŠ• แŠจแŠ แˆแŠ• แˆฐแ‹“แ‰ต แŒ€แˆแˆฎ แŠจแ‰ณแ‰ฝ แ‰ แ‰ฐแ‹˜แˆจแ‹˜แˆฉแ‰ต แŠ แˆ›แˆซแŒฎแ‰ฝ แˆ›แ‹จแ‰ต แ‹จแˆแ‰ตแ‰ฝแˆ‰ แˆ˜แˆ†แŠ‘แŠ•แŠ“ แ‰ แ‰ฐแˆ˜แ‹ฐแ‰ฃแ‰ฝแˆแ‰ แ‰ต แ‹จแ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แ‰ฐแ‰‹แˆžแ‰ฝ แ‰ แˆšแ‹ซแˆตแ‰ฐแˆ‹แˆแ‰แ‰ต แŒฅแˆช แˆ˜แˆฐแˆจแ‰ต แ‹จ Remedial แ•แˆฎแŒแˆซแˆ™แŠ• แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ตแŠจแ‰ณแ‰ฐแˆ‰  แŠฅแŠ•แŒˆแˆแƒแˆˆแŠ• แข

แˆ›แˆณแˆฐแ‰ขแ‹ซ :-
แ‹จแ‰ฐแ‰‹แˆ แ‹ญแ‰€แ‹จแˆญแˆแŠ แŒฅแ‹ซแ‰„ แ‹จแˆ›แŠ“แˆตแ‰ฐแŠ“แŒแ‹ต แˆ˜แˆ†แŠ‘แŠ• แŠจแ‹ˆแ‹ฒแˆ แˆˆแˆ˜แŒแˆˆแŒฝ แŠฅแŠ•แ‹ˆแ‹ณแˆˆแŠ•แข

แ‹จแ‰ฐแˆ˜แ‹ฐแ‰ฃแ‰ฝแˆแ‰ แ‰ตแŠ• แ‰ฐแ‰‹แˆ แˆˆแˆ›แ‹จแ‰ต แ‹จแ‰€แˆจแ‰ก แŠ แˆ›แˆซแŒฎแ‰ฝ

Website:

https://placement.ethernet.edu.et
SMS: 9444

แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แˆšแŠ’แˆตแ‰ดแˆญ
COD-ETยฎ
YEROO DHIYOOTTI BARNOOTA HTML AFAAN OROMODHAAN EEGALUUF JIRRA MAARRE WARREN BARAACHUF FEDHII QABDAAN FILANNOO KEESSANIN NU AGARSIISA
Yaada keessaniif ulfaadha jechaa egaa barnoota keenya bifa bareeda ta'en torbe keessa guyya lama guyya roobi fi jimata waliin baranna hiriyoota kessanif @samitecno share gochuu hin dagatina

Share and like your channel
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
@samitecno
@free_ict_group
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
#HTML is loading please wait...
Hi akkam jirtu barnoota html ni eegalla barnoota kana bu'uura godhachuun web developer jaba akka taatan nan amana... barnoota keenya keessatti hanga dandeetti keenya waliif qoodna...
Iddoo isiinif hin galletimmo inbox @samilearn ykn kallatti bilbiltani naa gaafachu dandeessu
+251935089786

@samtecno
HTML

HTMLin afaan kompitera taโ€™e kara wantoota fuula marsaariti ykn web page irraa jiraan ittin barreessinudha,
nama tim berners lee jedhaamuun kan hojjetamedha.
gabajee HTML(hyper text markup language) jedhuun bakka buโ€™a
wantootni nutii fuula marsaariti(WEBSITE) irraatii arginu hundu HTML fi programmiing language kanneen birootiin kan barreeffamaanidha.

TAAGII HTML

Taagiiwwan Html Elementoota Hammaattu Kofaa < Fi > Tiin Marfaamani Kan Barreeffamanidha
Taagoonni Html Taagii Bantu/Jalqaaba Fi Taagi Cuftu/Dhuma Jedhamuun Bakka Lamatti Qoodama
Fkn <Html> Taagi Bantu
</Html> Taagi Cuftu Jedhamu
Garagarumman Taagi Bantu Fi Taagi Cuftu Gidduu Jiruu Taagiin Cuftu Maqaa Taagi Durse Forward Slash{/} Qaba
Fkn
<B> Akkam Jirtu? </B>
<I> Akkam Jirtu? </I>
<B> Fi <I> Taagii Bantuudha
</B> Fi </I> Taagi Cuftuudha

CAASAA HTML
<!Doctype Html>
<Html>
<Head>
<Title> Mata Duree</Title>
</Head>
<Body>
Qabiyyewwaan Peji Keenya As Kessaatti Barraa'uu
</Body>
</Html>

Share and like your channel
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
@samitecno
@free_ict_group
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
HTML is loading pls wait...
HIIKA CAASA HTML

<Doctype Html> = Documentin Kun Html 5n Akka Barreefame Ibsa
<Html> = Hundee Elementi Fuula Html Ti
<Head> = Taagin Kun Waa'ee Dokumenti Kana Bali'inan Waantoota Ibsaan( Skriptiwwaan, Style, Meta-Tag Fi K.K.F Of Keessatti Qabata)
<Title> = Mataa Duree Fuula Html Hammata
<Body> = Wantootni Fuula Websiti Irraatti Mullatan Heddun Kan Keessatti Barraa'uudha
Fkn
<!Doctype Html>
<Html>
<Title>Nyaata</Title>
<Head>
<Body>
</Head>
<H1>Mucaan Umuri Kudha Lama Muuzi Nyaate </H1>
<P>Mucaan Umuri Kudha Lama Muuza Nyaate Mucaan Umuri Kudha Lama Muuza Nyaate</Br> Mucaan Umuri Kudha Lama Muuza Nyaate Mucaan Umuri Kudha Lama Muuza Nyaate Mucaan Umuri Kudha Lama Muuza Nyaate</P>
<H2>Mucaan Umuri Kudhaa Tokko Dabbo Nyaate</H2>
<P>Mucaan Umuri Kudhaa Tokko Dabbo Nyaate Mucaan Umuri Kudhaa Tokko Dabbo Nyaate</Br> Mucaan Umuri Kudhaa Tokko Dabbo Nyaatemucaan Umuri Kudhaa Tokko Dabbo Nyaate</P>
</Body>
</Html>

Share and like your channel
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
@samitecno
@free_ict_group
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
HTML is loading pls wait...
TAAGIIWWAAN BU'UURA

Taagiiwwaan Mata
Html Kessaatti Mata Dureewwan Yemmu Barra'aan Hamma(Size) Qofaan Wal-Caalun Sadarka Jahan Argamu Isaanis;
<H1>, <H2>, <H3>, <H4>, <H5>, <H6> Taagi Bantu
</H1>, </H2>, </H3>, </H4>, </H5>, </H6> Taagi Cuftu
Fkn
<Html>
<title>MANA BARUMSA</title>
<head>
<body>
</head>
<h1>MANA BARUMSA KOL.ALEMU KITESSA</h1>
<h2>MANA BARUMSA KOL.ALEMU KITESSA</h2>
<h3>MANA BARUMSA KOL.ALEMU KITESSA</h3>
<h4>MANA BARUMSA KOL.ALEMU KITESSA</h4>
<h5>MANA BARUMSA KOL.ALEMU KITESSA</h5>
<h6>MANA BARUMSA KOL.ALEMU KITESSA</h6>
</body>
</html>

Share and like your channel
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
@samitecno
@free_ict_group
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
โค1
anWriter free.apk
1.6 MB
Application kana fayyadamuudhan koodi HTML sirnan shakala...

@samitecno
@samitecno
๐Ÿ˜2๐Ÿ‘1
TAAGI KEYYATA <P>
html kessaatti keeyyanni taagi <p> fi </p> giddutti barra'aa
fakkenya arman gadii irra haa ilaallu
fkn
<html>
<title>title</title>
<head>
<body>
</head>
<p>manni barumsa kol.alemu kitessa bara 1984 hundeffaame.</p>
</body>
</html>

TAAGI SARARA KUTU(LINE BREAK) </BR>
-taagin kun sarara tokko gadii bu'uuf gargara
-taagi bantu hin qabu
-keyyaata keessatti barreeffama yeroo barreessitan sarara addaan kutu barbaaddan sana gidduutti taagi kana barreessituu jechuudha
fkn +
<html>
<title>title</title>
<head>
<body>
</head>
<p>manni barumsa kol.alemu kitessa bara 1984 hundeffaame.</br> manni barumsa kun barattoota ciccimoo fi of danda'oo ta'an hedduu of keessa qaba.</p>
</body>
</html>
โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”ITTI FUFAโ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”-
Share and like your channel
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
@samitecno
@free_ict_group
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
โค4
#TAAGI GIDDU(CENTER)
barreeffama tokko gara gidduutti siqsinee barressuf taagi fayyaadamnudha.
fkn +
<html>
<title>title</title>
<head>
<body>
</head>
<center><p>MANA BARUMSA KOL.ALEMU KITESSA </p></center>
</body>
</html>

#TAAGI SARARA<HR/>
sarara dalge sararuf gargaara
akkuma taagi kuttu(break-<br/>) taagi cuftu hin qabu
fkn haala kanan _________
<html>
<title>title</title>
<head>
<body>
</head>
<p>manni barumsa kol.alemu kitessa bara 1984 hundeffaame.<hr/>manni barumsa kun barattoota ciccimoo fi of danda'oo ta'an hedduu of keessa qaba.</p>
</body>
โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”- ITTI FUFAโ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”-
Share and like your channel
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
@samitecno
@free_ict_group
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
โค3๐Ÿ‘1