COD-ETยฎ
20.3K subscribers
615 photos
32 videos
122 files
535 links
#COD-ET ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น

๐Ÿ’ป Code โ€ข Learn โ€ข Build
๐Ÿš€ Ethiopiaโ€™s growing developer community

๐ŸŽฏ Tech tips | ๐Ÿ’ก Learning | ๐ŸŒ Web & Apps | ๐ŸŽจ Design | ๐Ÿ’ผ Online opportunities

We build. We learn. We grow. Together.

Smart Code. Smart Security. Ethiopian Soul
Download Telegram
Xender_V12.3.1.Prime.apk
20 MB
FILE ADDA ADDA BILBILA KESSAN IRRA QABDAAN ITTIN WALIIF DABARSUUF GARGAARA @SAMITECNO
Search Everything_V1.13.apk
1.3 MB
FAAYILA BILBILAA KEESSAN KEESSA JIRUU SALPHAATTI BARBAADDANI ARGAACHUF ISIIN GARGAARA @SAMITECNO
VidMate_V5.0429.apk
20.2 MB
VIDEO, AUDIO FI APK EXTERNAL MEMORY KEESSAN IRRAATTI BUUSUF ISIIN GARGAARA @SAMITECNO
Forwarded from Samiโ‘ 
YEROO DHIYOOTTI BARNOOTA HTML AFAAN OROMODHAAN EEGALUUF JIRRA MAARRE WARREN BARAACHUF FEDHII QABDAAN FILANNOO KEESSANIN NU AGARSIISA
Anonymous Quiz
88%
A.NAN BARADHA
12%
B.HIN BARADHU
โค2๐Ÿ‘1
Yeroo tokko "Beela dandamadheera, waraana irraa dandamadheera, miila qullaa kubbaa miilaa taphadheera, barnoota homaa tokkoyyuu hin qabun ture. Har'a garuu galii kubbaa miilaa irraa argadheen ummata koo gargaaruu danda'eera".

Manneen barnootaa, hospitaala ijaare, namoota hiyyummaa hamaa keessa jiraataniif uffata, kophee, nyaata ni kennina. Kana malees, naannoo hiyyeessaa Senegaal keessa jiru hundaaf ji'atti Yuuroo 70 nan kenna. Konkolaataa faashinii, mana jireenyaa faashinii, Jeettiiwwan qananii hin barbaadu, sabni koo jireenya Rabbiin naaf kenne keessaa xiqqoo qooddachuu isaanii naaf wayya."

Goota dhugaa #Saadiyoo_Maanee

credit:abdisaba @samitecno
๐Ÿ‘1
Boorana gargaaruuf

๐Ÿ‘‰ Baankii Daldalaa Itoophiyaa - 1000522499823 (Swift Code: CBETETAA)

๐Ÿ‘‰ Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa - 1011800084313 (Swift code: CBO RETAA)

๐Ÿ‘‰ Baankii Awaash - 013081084782900
(Koodii swiiftii: AWINETAA)

๐Ÿ‘‰ Baankii Oromiyaa - 1548414100001
(Koodii swiiftii: ORIRETAA)


credit:abdisaba #maaloo borana bira dhabbadha lubbu baraara... @samitecno @samitecno
Natural Science Contents for Remedial Program(1) (1).zip
2.1 MB
๐Ÿ”ฐ Natural Science Students
๐Ÿ’ Remedial Program Course Outline

๐Ÿ”ฐ แ‹จ Remedial แ‰ฐแˆ›แˆชแ‹Žแ‰ฝ แ‰ แˆšแ‰€แŒฅแˆ‰แ‰ต แŠ แˆซแ‰ต แ‹ˆแˆซแ‰ต แ‹จแˆแ‰ตแˆ›แˆฉแ‰ต แ‹จแŠฅแŠ•แŒแˆŠแ‹แŠ› แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต
แ‹ญแ‹˜แ‰ถแ‰ฝ แŠจแ‹šแˆ… แ‹แ‹ญแˆ แˆ˜แˆ˜แˆแŠจแ‰ต แ‰ตแ‰ฝแˆ‹แˆ‹แ‰ฝแˆแข

๐Ÿ”ฐ แ‹จแ‰ฐแˆ›แˆซแ‰ฝแˆ—แ‰ธแ‹ แˆตแˆˆแˆ†แŠ‘ แŠญแˆˆแˆณ แ‰ แˆ‰แ‰ตแข
Social Science Contents for Remedial Program (1).zip
1.2 MB
๐Ÿ”ฐSocial Science Students
๐Ÿ’ Remedial Program Course Outline

๐Ÿ”ฐ แ‹จ Remedial แ‰ฐแˆ›แˆชแ‹Žแ‰ฝ แ‰ แˆšแ‰€แŒฅแˆ‰แ‰ต แŠ แˆซแ‰ต แ‹ˆแˆซแ‰ต แ‹จแˆแ‰ตแˆ›แˆฉแ‰ต แ‹จแŠฅแŠ•แŒแˆŠแ‹แŠ› แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต
แ‹ญแ‹˜แ‰ถแ‰ฝ แŠจแ‹šแˆ… แ‹แ‹ญแˆ แˆ˜แˆ˜แˆแŠจแ‰ต แ‰ตแ‰ฝแˆ‹แˆ‹แ‰ฝแˆแข

๐Ÿ”ฐ แ‹จแ‰ฐแˆ›แˆซแ‰ฝแˆ—แ‰ธแ‹ แˆตแˆˆแˆ†แŠ‘ แŠญแˆˆแˆณ แ‰ แˆ‰แ‰ตแข

แ‹จแˆ›แŠซแŠซแˆป แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แˆˆแˆšแ‹ˆแˆตแ‹ฑ แ‰ฐแˆ›แˆชแ‹Žแ‰ฝ แˆผแˆญ แŠ แ‹ตแˆญแŒ‰ ๐Ÿ‘
โค1
#แˆ›แˆตแ‰ณแ‹ˆแ‰‚แ‹ซ

แ‹จRemedial แ•แˆฎแŒแˆซแˆ แˆแ‹ฐแ‰ฃ แ‹ญแ‹ แˆ†แŠ—แˆแข

แ‰ 2014 แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แ‹˜แˆ˜แŠ• แ‹จ12แŠ› แŠญแแˆ แˆ›แŒ แ‰ƒแˆˆแ‹ซ แŠ แŒˆแˆญ แŠ แ‰€แ แˆแ‰ฐแŠ“ แ‹ˆแˆตแ‹ณแ‰ฝแˆ แˆˆแ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แˆšแŠ’แˆตแ‰ดแˆญ แ‰ฐแŒ แˆช แ‰ แˆ†แŠ‘ แ‹จแˆ˜แŠ•แŒแˆตแ‰ต แ‹ฉแŠ’แ‰จแˆญแˆตแ‰ฒแ‹Žแ‰ฝ แ‹จ Remedial แ•แˆฎแŒแˆซแˆ แˆˆแˆ˜แŠจแ‰ณแ‰ฐแˆ แ‹จแˆšแ‹ซแˆตแ‰ฝแˆ แˆ›แˆˆแŠแ‹ซ แ‹แŒคแ‰ต แ‹ซแˆตแˆ˜แ‹˜แŒˆแ‰ฃแ‰ฝแˆ แ‰ฐแˆ›แˆชแ‹Žแ‰ฝ แ‹จแ‰ฐแ‰‹แˆ แˆแ‹ฐแ‰ฃแ‰ฝแˆแŠ• แŠจแŠ แˆแŠ• แˆฐแ‹“แ‰ต แŒ€แˆแˆฎ แŠจแ‰ณแ‰ฝ แ‰ แ‰ฐแ‹˜แˆจแ‹˜แˆฉแ‰ต แŠ แˆ›แˆซแŒฎแ‰ฝ แˆ›แ‹จแ‰ต แ‹จแˆแ‰ตแ‰ฝแˆ‰ แˆ˜แˆ†แŠ‘แŠ•แŠ“ แ‰ แ‰ฐแˆ˜แ‹ฐแ‰ฃแ‰ฝแˆแ‰ แ‰ต แ‹จแ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แ‰ฐแ‰‹แˆžแ‰ฝ แ‰ แˆšแ‹ซแˆตแ‰ฐแˆ‹แˆแ‰แ‰ต แŒฅแˆช แˆ˜แˆฐแˆจแ‰ต แ‹จ Remedial แ•แˆฎแŒแˆซแˆ™แŠ• แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ตแŠจแ‰ณแ‰ฐแˆ‰  แŠฅแŠ•แŒˆแˆแƒแˆˆแŠ• แข

แˆ›แˆณแˆฐแ‰ขแ‹ซ :-
แ‹จแ‰ฐแ‰‹แˆ แ‹ญแ‰€แ‹จแˆญแˆแŠ แŒฅแ‹ซแ‰„ แ‹จแˆ›แŠ“แˆตแ‰ฐแŠ“แŒแ‹ต แˆ˜แˆ†แŠ‘แŠ• แŠจแ‹ˆแ‹ฒแˆ แˆˆแˆ˜แŒแˆˆแŒฝ แŠฅแŠ•แ‹ˆแ‹ณแˆˆแŠ•แข

แ‹จแ‰ฐแˆ˜แ‹ฐแ‰ฃแ‰ฝแˆแ‰ แ‰ตแŠ• แ‰ฐแ‰‹แˆ แˆˆแˆ›แ‹จแ‰ต แ‹จแ‰€แˆจแ‰ก แŠ แˆ›แˆซแŒฎแ‰ฝ

Website:

https://placement.ethernet.edu.et
SMS: 9444

แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แˆšแŠ’แˆตแ‰ดแˆญ
COD-ETยฎ
YEROO DHIYOOTTI BARNOOTA HTML AFAAN OROMODHAAN EEGALUUF JIRRA MAARRE WARREN BARAACHUF FEDHII QABDAAN FILANNOO KEESSANIN NU AGARSIISA
Yaada keessaniif ulfaadha jechaa egaa barnoota keenya bifa bareeda ta'en torbe keessa guyya lama guyya roobi fi jimata waliin baranna hiriyoota kessanif @samitecno share gochuu hin dagatina

Share and like your channel
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
@samitecno
@free_ict_group
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
#HTML is loading please wait...
Hi akkam jirtu barnoota html ni eegalla barnoota kana bu'uura godhachuun web developer jaba akka taatan nan amana... barnoota keenya keessatti hanga dandeetti keenya waliif qoodna...
Iddoo isiinif hin galletimmo inbox @samilearn ykn kallatti bilbiltani naa gaafachu dandeessu
+251935089786

@samtecno
HTML

HTMLin afaan kompitera taโ€™e kara wantoota fuula marsaariti ykn web page irraa jiraan ittin barreessinudha,
nama tim berners lee jedhaamuun kan hojjetamedha.
gabajee HTML(hyper text markup language) jedhuun bakka buโ€™a
wantootni nutii fuula marsaariti(WEBSITE) irraatii arginu hundu HTML fi programmiing language kanneen birootiin kan barreeffamaanidha.

TAAGII HTML

Taagiiwwan Html Elementoota Hammaattu Kofaa < Fi > Tiin Marfaamani Kan Barreeffamanidha
Taagoonni Html Taagii Bantu/Jalqaaba Fi Taagi Cuftu/Dhuma Jedhamuun Bakka Lamatti Qoodama
Fkn <Html> Taagi Bantu
</Html> Taagi Cuftu Jedhamu
Garagarumman Taagi Bantu Fi Taagi Cuftu Gidduu Jiruu Taagiin Cuftu Maqaa Taagi Durse Forward Slash{/} Qaba
Fkn
<B> Akkam Jirtu? </B>
<I> Akkam Jirtu? </I>
<B> Fi <I> Taagii Bantuudha
</B> Fi </I> Taagi Cuftuudha

CAASAA HTML
<!Doctype Html>
<Html>
<Head>
<Title> Mata Duree</Title>
</Head>
<Body>
Qabiyyewwaan Peji Keenya As Kessaatti Barraa'uu
</Body>
</Html>

Share and like your channel
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
@samitecno
@free_ict_group
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž