-------------AI------------
(artificial intelegance)
Akka hiriya kessanitti waliin haasa'uu kan dandeessan wantoota gaaffi isiinitti uuman karaale afaani, saayinsi, seena, teeknolooji fi wanta barbaaddan gaafachun deebi gaha akka argattanif AI as bahera maarre wanta gaaffi isiinitti umeef social media garagara irraa adeemun haafera bot telegram kana gadi jirutti dhimma baha.
@ai_modern_bot
Itti fayyadamni isaa 1.jalqaba link @ai_modern_bot kana tuquun start jechuun seenna
2.#menu tuquun #new chat kan jedhuutti buha
3.waan barbaaddan gaafachuun deebi qulqullina qabuu argaadha
Provide a wide variety of topics, include language, science, history, technology and many subjects. On: hadesker.net
@ai_modern_bot
Share and like your channel
๐๐๐๐๐๐๐๐
@samitecno
@free_ict_group

#kutaa_12ffaa
Firiin qormaata kutaa 12ffaa bara kanaa karaa kamiin ilaalama?
Ministeerri barnootaa karaawwan firiin qormaataa kutaa 12ffaa ittiin ilaalamu qopheessaa jira.
Odeeffannoo nu qaqqabeenis firiin qormaataa sa'a ammaa kana #database irratti fe'amaa kan jiru yommuu ta'u akkuma goolabameen kan gadhiifamu ta'a. hanga yoonattis firiin barattootaa kun hin gadhiifamne.
Yeroo gadhiifamus ifaan ifatti miidiyaa garaa garaa fayyadamuun ni ifooma.
Barattoonni yeroo qabxiin keessan ifoomu filannoowwan armaan gadii fayyadamuun ilaaluu ni dandeessu.
1. eaes.edu.et
2. eaes.gov.et
3. eaes.et
4. result.neaea.gov.et
5. Telegram ๐ @EAESbot
6. SMS 8046
Credit:abdi saba

#Beeksisa
Barattoonni qormaata Xumura Barnoota Sadarkaa Lammaffaa Itoophiyaa (Kutaa 12) bara 2014 hundaa
Buโaan qormaata kutaa 12ffaa waan baโeef Barattoonni harโa Guraandhala 18, 2015 galgala saโaatii 5:30 irraa eegalee ilaallachuu ni dandaโu.
โข Marsariitii https://eaes.edu.et/ irratti ykn
โข Lakkoofsa Galmee isaanii qofa 6284 irratti ergaa erguudhaan ykn
โข Telegiraamii irratti https://t.me/eaesbot
Arguu akka danda'an labsina.
Yaadannoo:
โข Barattoonni komii qabdan marsariitii Madaallii fi Qormaata Barnootaa https://eaes.edu.et/ irratti button #Compliant jedhu tuquun hanga Guraandhala 26/2015 qaamaan dhufuu osoo hin barbaachisin komii dhiyeessu ni dandeessu.
โข Teessoo Tajaajila Madaallii fi Qormaata Barnootaa qofa irratti fayyadamuu. Warra odeeffannoo sobaa fi dogoggorsaa facaasuuf yaalan irraa of eegaa.
Tajaajila madaallii barnootaa fi qormaataa
Guraandhala 18/2015
Addis Ababa - Itoophiyaa
@samitecno
@free_ict_group
@michuugfx

Telegram
EAES Official Results Bot
EAES: Educational Assessment and Examination Service Official Bot.
1. result.eaes.et
2. result.neaea.gov.et
3. SMS 6284
1. result.eaes.et
2. result.neaea.gov.et
3. SMS 6284
*IYYAAFANNO WEBSITE*
Gara biyyoota barbaaddanitti qarshi malee bilisan isiinif bilbilu kan danda'u website bareeda kanatti fayyadama
https://globfone.com/
Globfone WEB is a completely FREE to use internet service that allows you to make free phone calls, send free textmessages, make free video calls and a free P2P ...
Www.globfone.com/
Share and like your channel
๐๐๐๐๐๐๐๐
@samitecno
@free_ict_group
๐๐๐๐๐๐๐๐
Gara biyyoota barbaaddanitti qarshi malee bilisan isiinif bilbilu kan danda'u website bareeda kanatti fayyadama
https://globfone.com/
Globfone WEB is a completely FREE to use internet service that allows you to make free phone calls, send free textmessages, make free video calls and a free P2P ...
Www.globfone.com/
Share and like your channel
๐๐๐๐๐๐๐๐
@samitecno
@free_ict_group
๐๐๐๐๐๐๐๐
๐1
Kutaa 12ffa
Complian dhiyessitani warri ilaallachudhaf website kan biraan isiin didee website kana fayyadama
https://www.neaea.gov.et/

Barattoota baasii isaaniitiin dhuunfaan barachuu barbaadaniif qabxii darbiinsaa.
Yunivarsitiiwwan dhuunfaa fi koolleejjiiwwanitti baasii isaaniitiin kaanneen barachuu barbaadaniif
-Saayinsii Uumama:- 210 fi isaa ol
-Saayinsii Hawaasa:- 180 fi isaa ol
Sagantaa sirreeffama( Remedial program) Gurraandhala 15, 2015 hanga Waxabajjii 15,2015tti ji'oota Afuriif baratama.
Credit:abdisaba
Share and like your channel
๐๐๐๐๐๐๐๐
@samitecno
@free_ict_group
๐๐๐๐๐๐๐๐
Yunivarsitiiwwan dhuunfaa fi koolleejjiiwwanitti baasii isaaniitiin kaanneen barachuu barbaadaniif
-Saayinsii Uumama:- 210 fi isaa ol
-Saayinsii Hawaasa:- 180 fi isaa ol
Sagantaa sirreeffama( Remedial program) Gurraandhala 15, 2015 hanga Waxabajjii 15,2015tti ji'oota Afuriif baratama.
Credit:abdisaba
Share and like your channel
๐๐๐๐๐๐๐๐
@samitecno
@free_ict_group
๐๐๐๐๐๐๐๐
๐2
๐A list of great sites for designers
1. Background eraser
remove.bg
2. Image search
Yandex.com
3. Quality pictures and mockups
Freepik.com
4. Search icons
Flaticon.com
5. Quality and free vector images
Vectorstock.com
6. Search for quality .png images
Pngall.com
7. Search for brands logo Logobank.uz
ยฉTechsworldEt
Share and like your channel
๐๐๐๐๐๐๐๐
@samitecno
@free_ict_group
๐๐๐๐๐๐๐๐
1. Background eraser
remove.bg
2. Image search
Yandex.com
3. Quality pictures and mockups
Freepik.com
4. Search icons
Flaticon.com
5. Quality and free vector images
Vectorstock.com
6. Search for quality .png images
Pngall.com
7. Search for brands logo Logobank.uz
ยฉTechsworldEt
Share and like your channel
๐๐๐๐๐๐๐๐
@samitecno
@free_ict_group
๐๐๐๐๐๐๐๐
๐2
Data Monitor_V1.0.202.apk
5.9 MB
INTERNEETIN HAMMA KAMIIN AKKA HOJJECHA JIRUU ISIINIF SAFARUUF GARGAARA @SAMITECNO
Turbo VPN_V3.9.1.4.apk
23.4 MB
YEROO CONNECTIONIN CUFAME APK KANNEN AKKA FACEBOOK, TELEGRAM, INSTAGRAM, WHATSAPP ISIINNIF HOJJECHIISUUF GARGAARA @SAMITECNO
Xender_V12.3.1.Prime.apk
20 MB
FILE ADDA ADDA BILBILA KESSAN IRRA QABDAAN ITTIN WALIIF DABARSUUF GARGAARA @SAMITECNO
Search Everything_V1.13.apk
1.3 MB
FAAYILA BILBILAA KEESSAN KEESSA JIRUU SALPHAATTI BARBAADDANI ARGAACHUF ISIIN GARGAARA @SAMITECNO
VidMate_V5.0429.apk
20.2 MB
VIDEO, AUDIO FI APK EXTERNAL MEMORY KEESSAN IRRAATTI BUUSUF ISIIN GARGAARA @SAMITECNO
Forwarded from Samiโ
YEROO DHIYOOTTI BARNOOTA HTML AFAAN OROMODHAAN EEGALUUF JIRRA MAARRE WARREN BARAACHUF FEDHII QABDAAN FILANNOO KEESSANIN NU AGARSIISA
Anonymous Quiz
88%
A.NAN BARADHA
12%
B.HIN BARADHU
โค2๐1
Yeroo tokko "Beela dandamadheera, waraana irraa dandamadheera, miila qullaa kubbaa miilaa taphadheera, barnoota homaa tokkoyyuu hin qabun ture. Har'a garuu galii kubbaa miilaa irraa argadheen ummata koo gargaaruu danda'eera".
Manneen barnootaa, hospitaala ijaare, namoota hiyyummaa hamaa keessa jiraataniif uffata, kophee, nyaata ni kennina. Kana malees, naannoo hiyyeessaa Senegaal keessa jiru hundaaf ji'atti Yuuroo 70 nan kenna. Konkolaataa faashinii, mana jireenyaa faashinii, Jeettiiwwan qananii hin barbaadu, sabni koo jireenya Rabbiin naaf kenne keessaa xiqqoo qooddachuu isaanii naaf wayya."
Goota dhugaa #Saadiyoo_Maanee
credit:abdisaba @samitecno

Boorana gargaaruuf
๐ Baankii Daldalaa Itoophiyaa - 1000522499823 (Swift Code: CBETETAA)
๐ Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa - 1011800084313 (Swift code: CBO RETAA)
๐ Baankii Awaash - 013081084782900
(Koodii swiiftii: AWINETAA)
๐ Baankii Oromiyaa - 1548414100001
(Koodii swiiftii: ORIRETAA)
credit:abdisaba #maaloo borana bira dhabbadha lubbu baraara... @samitecno @samitecno