COD-ETยฎ
20.3K subscribers
614 photos
31 videos
122 files
535 links
#COD-ET ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น

๐Ÿ’ป Code โ€ข Learn โ€ข Build
๐Ÿš€ Ethiopiaโ€™s growing developer community

๐ŸŽฏ Tech tips | ๐Ÿ’ก Learning | ๐ŸŒ Web & Apps | ๐ŸŽจ Design | ๐Ÿ’ผ Online opportunities

We build. We learn. We grow. Together.

Smart Code. Smart Security. Ethiopian Soul
Download Telegram
#Baga_Geessan

Hordoftoota Amantii Kiristiyaanaa maraan baga ayyaana Qillee geessan jechaa, ayyaana kana yemmuu kabajjan inni qabu isa hin qabne gargaaraa waliin kabajuu akka qabdan isiniif dhaamna.

Ayyaanni kun:-
  Kan gammachuu
  Kan jaalalaa
  Kan tokkummaa
  Kan bilisummaa
Isiniif haa ta'uu

@samitecno
@free_ict_group
-------------AI------------
(artificial intelegance)

Akka hiriya kessanitti waliin haasa'uu kan dandeessan wantoota gaaffi isiinitti uuman karaale afaani, saayinsi, seena, teeknolooji fi wanta barbaaddan gaafachun deebi gaha akka argattanif AI as bahera maarre wanta gaaffi isiinitti umeef social media garagara irraa adeemun haafera bot telegram kana gadi jirutti dhimma baha.

@ai_modern_bot

Itti fayyadamni isaa 1.jalqaba link @ai_modern_bot kana tuquun start jechuun seenna
2.#menu tuquun #new chat kan jedhuutti buha
3.waan barbaaddan gaafachuun deebi qulqullina qabuu argaadha

Provide a wide variety of topics, include language, science, history, technology and many subjects. On: hadesker.net

@ai_modern_bot


Share and like your channel
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
@samitecno
@free_ict_group
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
#kutaa_12ffaa

Firiin qormaata kutaa 12ffaa bara kanaa karaa kamiin ilaalama?

Ministeerri barnootaa karaawwan firiin qormaataa kutaa 12ffaa ittiin ilaalamu qopheessaa jira.

Odeeffannoo nu qaqqabeenis firiin qormaataa sa'a ammaa kana #database irratti fe'amaa kan jiru yommuu ta'u akkuma goolabameen kan gadhiifamu ta'a. hanga yoonattis firiin barattootaa kun hin gadhiifamne.

Yeroo gadhiifamus ifaan ifatti miidiyaa garaa garaa fayyadamuun ni ifooma.

Barattoonni yeroo qabxiin keessan ifoomu filannoowwan armaan gadii fayyadamuun ilaaluu ni dandeessu.

1. eaes.edu.et
2. eaes.gov.et
3. eaes.et
4. result.neaea.gov.et
5. Telegram ๐Ÿ‘‰ @EAESbot
6. SMS 8046

Credit:abdi saba

Share and like your channel
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
@samitecno
@free_ict_group
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
#Beeksisa
Barattoonni qormaata Xumura Barnoota Sadarkaa Lammaffaa Itoophiyaa (Kutaa 12) bara 2014 hundaa
Buโ€™aan qormaata kutaa 12ffaa waan baโ€™eef Barattoonni harโ€™a Guraandhala 18, 2015 galgala saโ€™aatii 5:30 irraa eegalee ilaallachuu ni dandaโ€™u.
โ€ข Marsariitii https://eaes.edu.et/ irratti ykn
โ€ข Lakkoofsa Galmee isaanii qofa 6284 irratti ergaa erguudhaan ykn
โ€ข Telegiraamii irratti https://t.me/eaesbot
Arguu akka danda'an labsina.

Yaadannoo:
โ€ข Barattoonni komii qabdan marsariitii Madaallii fi Qormaata Barnootaa https://eaes.edu.et/ irratti button #Compliant jedhu tuquun hanga Guraandhala 26/2015 qaamaan dhufuu osoo hin barbaachisin komii dhiyeessu ni dandeessu.
โ€ข Teessoo Tajaajila Madaallii fi Qormaata Barnootaa qofa irratti fayyadamuu. Warra odeeffannoo sobaa fi dogoggorsaa facaasuuf yaalan irraa of eegaa.
Tajaajila madaallii barnootaa fi qormaataa
Guraandhala 18/2015
Addis Ababa - Itoophiyaa

@samitecno
@free_ict_group
@michuugfx
*IYYAAFANNO WEBSITE*

Gara biyyoota barbaaddanitti qarshi malee bilisan isiinif bilbilu kan danda'u website bareeda kanatti fayyadama

https://globfone.com/

Globfone WEB is a completely FREE to use internet service that allows you to make free phone calls, send free textmessages, make free video calls and a free P2P ...

Www.globfone.com/

Share and like your channel
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
@samitecno
@free_ict_group
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
๐Ÿ‘1
Kutaa 12ffa

Complian dhiyessitani warri ilaallachudhaf website kan biraan isiin didee website kana fayyadama

https://www.neaea.gov.et/

Share and like your channel
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
@samitecno
@free_ict_group
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
Barattoota baasii isaaniitiin dhuunfaan barachuu barbaadaniif qabxii darbiinsaa.

Yunivarsitiiwwan dhuunfaa fi koolleejjiiwwanitti baasii isaaniitiin kaanneen barachuu barbaadaniif
   -Saayinsii Uumama:- 210 fi isaa ol
   -Saayinsii Hawaasa:- 180 fi isaa ol

Sagantaa sirreeffama( Remedial program) Gurraandhala 15, 2015 hanga Waxabajjii 15,2015tti ji'oota Afuriif baratama.


Credit:abdisaba
Share and like your channel
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
@samitecno
@free_ict_group
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
๐Ÿ‘2
๐Ÿ’ŸA list of great sites for designers

1. Background eraser
remove.bg

2. Image search
Yandex.com

3. Quality pictures and mockups
Freepik.com

4. Search icons
Flaticon.com

5. Quality and free vector images
Vectorstock.com

6. Search for quality .png images
Pngall.com

7. Search for brands logo Logobank.uz

ยฉTechsworldEt
Share and like your channel
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
@samitecno
@free_ict_group
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
๐Ÿ‘2
APK BILBILAA KEESSAN IRRA DHABUU HIN QABNE WARREEN IJOO TA'AAN
Data Monitor_V1.0.202.apk
5.9 MB
INTERNEETIN HAMMA KAMIIN AKKA HOJJECHA JIRUU ISIINIF SAFARUUF GARGAARA @SAMITECNO
Turbo VPN_V3.9.1.4.apk
23.4 MB
YEROO CONNECTIONIN CUFAME APK KANNEN AKKA FACEBOOK, TELEGRAM, INSTAGRAM, WHATSAPP ISIINNIF HOJJECHIISUUF GARGAARA @SAMITECNO
Xender_V12.3.1.Prime.apk
20 MB
FILE ADDA ADDA BILBILA KESSAN IRRA QABDAAN ITTIN WALIIF DABARSUUF GARGAARA @SAMITECNO
Search Everything_V1.13.apk
1.3 MB
FAAYILA BILBILAA KEESSAN KEESSA JIRUU SALPHAATTI BARBAADDANI ARGAACHUF ISIIN GARGAARA @SAMITECNO
VidMate_V5.0429.apk
20.2 MB
VIDEO, AUDIO FI APK EXTERNAL MEMORY KEESSAN IRRAATTI BUUSUF ISIIN GARGAARA @SAMITECNO
Forwarded from Samiโ‘ 
YEROO DHIYOOTTI BARNOOTA HTML AFAAN OROMODHAAN EEGALUUF JIRRA MAARRE WARREN BARAACHUF FEDHII QABDAAN FILANNOO KEESSANIN NU AGARSIISA
Anonymous Quiz
88%
A.NAN BARADHA
12%
B.HIN BARADHU
โค2๐Ÿ‘1