Torbe kana keessa Link website kami barbaaddu ?
Filanno kessan irraatti hundoofne isiinif maxxansina.
Schoolarship website link - 15
๐๐๐๐๐๐๐๐ 39%
Liinki Kuusa faayila bilisa - 12
๐๐๐๐๐๐ 31%
Link Website film irra buusan - 13
๐๐๐๐๐๐ 34%
Link website apk computera fi bilbilaa - 9
๐๐๐๐ 23%
Link website software bilbiloota - 7
๐๐๐ 18%
Link website website mata keenya bilisan ittin hojjeennu - 11
๐๐๐๐๐ 28%
๐ฅ 38 people voted so far.

๐4๐1
#Akka addunyaatti barnoota bilisa(schoolarship) website isiinif kennu 5
@samitecno
#iyyafanno website
1 - StudentScholarships.org
2 - collegeboard.org
3 - StudentScholarships.org
4 - ScholarshipExperts.com
5 - SuperCollege.com
๐ฆ#Share๐ฆ
๐ฉโ๐ป @samitecno
๐จโ๐จโ๐งโ๐ฆ๐จโ๐จโ๐งโ๐ฆ@free_ict_group
@samitecno
#iyyafanno website
1 - StudentScholarships.org
2 - collegeboard.org
3 - StudentScholarships.org
4 - ScholarshipExperts.com
5 - SuperCollege.com
๐ฆ#Share๐ฆ
๐ฉโ๐ป @samitecno
๐จโ๐จโ๐งโ๐ฆ๐จโ๐จโ๐งโ๐ฆ@free_ict_group
๐1๐1
#update
Mana Suphaa Mobaayilaa Banachuuf Meeshaalee Barbaachisan 14
@samitecno
Addunyaa yeroo ammaa keessatti Mobaayilli harkaa Technology ariitin guddataa jiruudha. akkuma biyya keenyatti yoo ilaalle faayyadamtoonni mobaayila harkaa Mill. 44.5 darbee jira. kun immoo akka biyya keenyattiis taโee, akka addunyaatti ogeeyyiin dhuunfaa fi dhaabbileen Technology hojii kana irratti bobbaโan akka baayโataniif sababa taโeera.
Maxxansaa harโaa keessatti Mobaayila miidhame suphuuf
(Rakkoo Hardware furuuf ) meeshaalee barbaachisoo taโaniin wal isin barsiifna. Meeshaaleen kunniin meeshaalee elektirooniksii birootis suphuuf isin gargaaruu dandaโu. Haa taโuu malee meeshaa kana qabaattef suphaa ni taata jechuu keenyaa miti.
Suphaan mobaayilaafi meeshaalee elektiroonikisii kun elektirikiin wal qabata. dhimma elektirikiin wal qabatuuf immoo dursa irratti Safety/ Nageenyatu kennama. kanaafuu, Leenjii barbaachisu (akkaataa itti faayyadama meeshaa kanneenii ) Manneen barnootaa suphaa mobaayilaa galuun fudhachuun ni gorfama.
1. Hiiktuu โ Moobayila keenya hiikuu fi hidhuudhaaf nu gargaara. Meeshaan kun manneen suphaa meeshaalee Elektirooniksii hunda keessatti adda dureen kan tajaajila kennuudha. Bilbila tokko hiikuufi suphuuf Hiiktuu gosa hedduu gargaaramuu dandeenya. Hiiktuun suphaa bilbilaaf jedhamanii gurguraman hundi wal faana gabaaf dhihaatu.
2. Multimeter โ Reziistaansii fi Voolteejii akkasumas Kaarentii safaruu fi itti fufiinsa Serkiyuutii adda baasuuf nu gargaara.
3. Tinner โ Daandaโuu (Zaaguu) dhowwuu fi balfa adda addaa balleessuuf gargaara.
4. Solder Paste โ Yeroo Aaysiiwwan buqqisnuu fi keenyu Boordiin keenyaa fi Aayisiiwwan buqqaโan akka isaan hooโaan hin miidhamneef gargaara.
5. Blower โ Hooโa kennuudhaan aayisiiwwan buqqaasuu fi kaaโuudhaaf nu gargaara.
6. Lead โ Qaamota lamaan walitti qabsiisuuf akka wal qabsiisuutti nu gargaara.
7. Jumper wire โ Qaamota Serkiyuutii wal gadhiisan lama walitti qabsiisuuf kan faayyadudha.
8. Picker/Twizeer โ Aayisii ykn qaamota bilbilaa biraa yeroo Biluuweriidhaan hooโisnu akka qabduutti meeshaa itti faayyadamnudha.
9. DC power supply โ Baatiriirraa vooltii 3.7 kan argamu yoo taโu, kun qaama voolteejii kennuudha. Akkasumas, bilbilli keenya rakkoo sooftiweerii qabaachuu fi dhiisuu isaa meeshaa nutti agarsiisuu dandaโuudha. Dabalataanis, ispiikerii ykn riingerii ilaaluuf nu gargaara.
10. Flash Box โ Yeroo suphaa sooftiweeriitti meeshaa kompiitaraa fi bilbila gidduu galuun wal qunnamsiisudha.
11. Board Plate โ Boordii bilbila keenyaa yeroo suphinutti ykn yeroo aayisii buqqisnutti akka Boordiin keenya hin sochooneef meeshaa nu gargaarudha.
12. Software cable โ Yeroo suphaa sooftiweeriitti bilbila keenyaa fi filaasher booksii meeshaa wal qunnamsiisudha.
13. Computer โ Sooftiweerota barbaachisan feโuuf, filmotaa fi Audio adda addaa feโuuf baayโee kan gargaarudha. akkasuma Hardware Libraryโf ni faayyada.
14. Vibrator โ Bilbila bishaan keessa buโe ykn bilbila biizii taโe yoo hedduu hin miidhamin meeshaa kana keessa daqiiqaa muraasa tursiisun akka inni hojjatu taasisuu ni dandaโa
๐๐๐๐
@samitecno for chnl
@free_ICT_group

๐2
1. Happy Fish
2. Clicker Venom
3. VPN Free Proxy Unblock websites and Applications
4. Ace VPN โ Free Secure High Speed Proxy
5. Music downloader mp3 download
6. SpyHuman Android Monitoring App
7. CM Browser Fast & Secure
8. terrarium TV
9. Text Plus Free Text & Calls
10. Snap Tube:Video & Music Downloader
๐ตmoosejoota kana olii bilbila kessan kessatti fe'attani jirtu taanan amma keessa haqa sababnisa virus dhoksaadhan of kessaatti qabatani jiruu waan ta'eef

๐1
โค1
#Baga_Geessan
Hordoftoota Amantii Kiristiyaanaa maraan baga ayyaana Qillee geessan jechaa, ayyaana kana yemmuu kabajjan inni qabu isa hin qabne gargaaraa waliin kabajuu akka qabdan isiniif dhaamna.
Ayyaanni kun:-
Kan gammachuu
Kan jaalalaa
Kan tokkummaa
Kan bilisummaa
Isiniif haa ta'uu
@samitecno
@free_ict_group

-------------AI------------
(artificial intelegance)
Akka hiriya kessanitti waliin haasa'uu kan dandeessan wantoota gaaffi isiinitti uuman karaale afaani, saayinsi, seena, teeknolooji fi wanta barbaaddan gaafachun deebi gaha akka argattanif AI as bahera maarre wanta gaaffi isiinitti umeef social media garagara irraa adeemun haafera bot telegram kana gadi jirutti dhimma baha.
@ai_modern_bot
Itti fayyadamni isaa 1.jalqaba link @ai_modern_bot kana tuquun start jechuun seenna
2.#menu tuquun #new chat kan jedhuutti buha
3.waan barbaaddan gaafachuun deebi qulqullina qabuu argaadha
Provide a wide variety of topics, include language, science, history, technology and many subjects. On: hadesker.net
@ai_modern_bot
Share and like your channel
๐๐๐๐๐๐๐๐

#kutaa_12ffaa
Firiin qormaata kutaa 12ffaa bara kanaa karaa kamiin ilaalama?
Ministeerri barnootaa karaawwan firiin qormaataa kutaa 12ffaa ittiin ilaalamu qopheessaa jira.
Odeeffannoo nu qaqqabeenis firiin qormaataa sa'a ammaa kana #database irratti fe'amaa kan jiru yommuu ta'u akkuma goolabameen kan gadhiifamu ta'a. hanga yoonattis firiin barattootaa kun hin gadhiifamne.
Yeroo gadhiifamus ifaan ifatti miidiyaa garaa garaa fayyadamuun ni ifooma.
Barattoonni yeroo qabxiin keessan ifoomu filannoowwan armaan gadii fayyadamuun ilaaluu ni dandeessu.
1. eaes.edu.et
2. eaes.gov.et
3. eaes.et
4. result.neaea.gov.et
5. Telegram ๐ @EAESbot
6. SMS 8046
Credit:abdi saba

#Beeksisa
Barattoonni qormaata Xumura Barnoota Sadarkaa Lammaffaa Itoophiyaa (Kutaa 12) bara 2014 hundaa
Buโaan qormaata kutaa 12ffaa waan baโeef Barattoonni harโa Guraandhala 18, 2015 galgala saโaatii 5:30 irraa eegalee ilaallachuu ni dandaโu.
โข Marsariitii https://eaes.edu.et/ irratti ykn
โข Lakkoofsa Galmee isaanii qofa 6284 irratti ergaa erguudhaan ykn
โข Telegiraamii irratti https://t.me/eaesbot
Arguu akka danda'an labsina.
Yaadannoo:
โข Barattoonni komii qabdan marsariitii Madaallii fi Qormaata Barnootaa https://eaes.edu.et/ irratti button #Compliant jedhu tuquun hanga Guraandhala 26/2015 qaamaan dhufuu osoo hin barbaachisin komii dhiyeessu ni dandeessu.
โข Teessoo Tajaajila Madaallii fi Qormaata Barnootaa qofa irratti fayyadamuu. Warra odeeffannoo sobaa fi dogoggorsaa facaasuuf yaalan irraa of eegaa.
Tajaajila madaallii barnootaa fi qormaataa
Guraandhala 18/2015
Addis Ababa - Itoophiyaa
@samitecno
@free_ict_group
@michuugfx

Telegram
EAES Official Results Bot
EAES: Educational Assessment and Examination Service Official Bot.
1. result.eaes.et
2. result.neaea.gov.et
3. SMS 6284
1. result.eaes.et
2. result.neaea.gov.et
3. SMS 6284
*IYYAAFANNO WEBSITE*
Gara biyyoota barbaaddanitti qarshi malee bilisan isiinif bilbilu kan danda'u website bareeda kanatti fayyadama
https://globfone.com/
Globfone WEB is a completely FREE to use internet service that allows you to make free phone calls, send free textmessages, make free video calls and a free P2P ...
Www.globfone.com/
Share and like your channel
๐๐๐๐๐๐๐๐
@samitecno
@free_ict_group
๐๐๐๐๐๐๐๐
Gara biyyoota barbaaddanitti qarshi malee bilisan isiinif bilbilu kan danda'u website bareeda kanatti fayyadama
https://globfone.com/
Globfone WEB is a completely FREE to use internet service that allows you to make free phone calls, send free textmessages, make free video calls and a free P2P ...
Www.globfone.com/
Share and like your channel
๐๐๐๐๐๐๐๐
@samitecno
@free_ict_group
๐๐๐๐๐๐๐๐
๐1
Kutaa 12ffa
Complian dhiyessitani warri ilaallachudhaf website kan biraan isiin didee website kana fayyadama
https://www.neaea.gov.et/

Barattoota baasii isaaniitiin dhuunfaan barachuu barbaadaniif qabxii darbiinsaa.
Yunivarsitiiwwan dhuunfaa fi koolleejjiiwwanitti baasii isaaniitiin kaanneen barachuu barbaadaniif
-Saayinsii Uumama:- 210 fi isaa ol
-Saayinsii Hawaasa:- 180 fi isaa ol
Sagantaa sirreeffama( Remedial program) Gurraandhala 15, 2015 hanga Waxabajjii 15,2015tti ji'oota Afuriif baratama.
Credit:abdisaba
Share and like your channel
๐๐๐๐๐๐๐๐
@samitecno
@free_ict_group
๐๐๐๐๐๐๐๐
Yunivarsitiiwwan dhuunfaa fi koolleejjiiwwanitti baasii isaaniitiin kaanneen barachuu barbaadaniif
-Saayinsii Uumama:- 210 fi isaa ol
-Saayinsii Hawaasa:- 180 fi isaa ol
Sagantaa sirreeffama( Remedial program) Gurraandhala 15, 2015 hanga Waxabajjii 15,2015tti ji'oota Afuriif baratama.
Credit:abdisaba
Share and like your channel
๐๐๐๐๐๐๐๐
@samitecno
@free_ict_group
๐๐๐๐๐๐๐๐
๐2
๐A list of great sites for designers
1. Background eraser
remove.bg
2. Image search
Yandex.com
3. Quality pictures and mockups
Freepik.com
4. Search icons
Flaticon.com
5. Quality and free vector images
Vectorstock.com
6. Search for quality .png images
Pngall.com
7. Search for brands logo Logobank.uz
ยฉTechsworldEt
Share and like your channel
๐๐๐๐๐๐๐๐
@samitecno
@free_ict_group
๐๐๐๐๐๐๐๐
1. Background eraser
remove.bg
2. Image search
Yandex.com
3. Quality pictures and mockups
Freepik.com
4. Search icons
Flaticon.com
5. Quality and free vector images
Vectorstock.com
6. Search for quality .png images
Pngall.com
7. Search for brands logo Logobank.uz
ยฉTechsworldEt
Share and like your channel
๐๐๐๐๐๐๐๐
@samitecno
@free_ict_group
๐๐๐๐๐๐๐๐
๐2
Data Monitor_V1.0.202.apk
5.9 MB
INTERNEETIN HAMMA KAMIIN AKKA HOJJECHA JIRUU ISIINIF SAFARUUF GARGAARA @SAMITECNO
Turbo VPN_V3.9.1.4.apk
23.4 MB
YEROO CONNECTIONIN CUFAME APK KANNEN AKKA FACEBOOK, TELEGRAM, INSTAGRAM, WHATSAPP ISIINNIF HOJJECHIISUUF GARGAARA @SAMITECNO
Xender_V12.3.1.Prime.apk
20 MB
FILE ADDA ADDA BILBILA KESSAN IRRA QABDAAN ITTIN WALIIF DABARSUUF GARGAARA @SAMITECNO
Search Everything_V1.13.apk
1.3 MB
FAAYILA BILBILAA KEESSAN KEESSA JIRUU SALPHAATTI BARBAADDANI ARGAACHUF ISIIN GARGAARA @SAMITECNO
VidMate_V5.0429.apk
20.2 MB
VIDEO, AUDIO FI APK EXTERNAL MEMORY KEESSAN IRRAATTI BUUSUF ISIIN GARGAARA @SAMITECNO