๐คทโโ๐คทโโeSIM maali, akkamiin hojjeta?
๐Ethio telecom tajaajila bilbilaa SIM kaardii amma dura beeknuun malee fayyadamuu dandeessisu #eSIM jedhamu dhiyeenya kana beeksiseera.
๐Fayyadamtoonnis wiirtuu tajaajilaa magaalaa Finfinnee keessatti argamu qaamaan dhaqanii tajaajila kana argachuu akka dandaโan dhaabbattichi kan beeksise oggaa tahu, dhiyeenyas magaaloota biyyattii hundatti akka babalโatu himeera.
eSIM maali?
๐Waaโee eSIM ilaaluu keenyaan dura isa amma dura hundi keessan beektan โSIM kaardiiโ haa ilaallu.
๐Jechi SIM jedhu gabaajee โsubscriber identity moduleโ kan bakka buโu ennaa tahu, kaardii pilaastikaa bicuu bilbila mobaayilaa keenya keessa galchinudha.
๐Odeeffannoo keenya kanneen akka lakkoofsa bilbilaafi kan biraa of keessatti qabatee kan kuusu ennaa tahu, bilbila simachuufi bilbiluuf akkasumas daataa intarneetaa akka itti fayyadamtan isin gargaara.
๐SIM kaardonni bara 1991tti hangisaanii kireedit kaardii gahu turan, waggaa shan booda xiqqaachaa dhufuun โminiโ [xiqqoo] tahanii dhufan.
๐2003tti kaardiin hangaan xiqqaa tahe โMicro Simโ jedhamu, oomisha iPhone 4 wajjin walitti hidhachuun as bahe. 2012tti ammoo Sim kaardiin โnanoโ jedhamu hojiirra oole.
๐eSIM kan jennu ammoo sim kaardii amma dura harkaan qabannee bilbila keenyatti galchinu kan hambisu wayita tahu, tajaajila SIM amma dura jiru kennuun garuu adda miti.
๐Kaardii pilaastikaa amma dura beeknu teknooloojin bakka buโu kun, bilbiloota harkaa keessatti durumayyuu kan itti midhaassamee (embedded tahee) dhufudha. Dijitaala waan taheef, akka isa duraatti bilbila tokko keessaa baastee, kan biraatti hin galchitu.
๐Teknoolojiin kun boordii bilbila ammayyaawaa tahan keessatti walitti maxxanee kan hojjetamu ennaa tahu, softiweerii fayyadamuunis fagoorraa toโatamuu dandaโa.
๐Odeeffannoo achirra jirus akka haaraatti deebisanii tolchuun ni dandaโama. Kunis dhaabbata dhiyeessaa tajaajilaa isa tokkorraa isa kaanitti, SIM qabdan otoo hin baasin geeddaruu dandeessu yookaan tajaajila dhaabbata biraa itti dabaluu dandeessisa.
๐Kana malees bilbila tokkoon sarara/lakkoofsa bilbilaa garagaraa qabaachuu teknoolojii dandeessisudha.
#Bilbiloota_akkamiin_fayyadamuu_dandeenya?
๐Bilbiloonni Galaxy Pixel bara 2017 irraa jalaqabee eSIM fayyadamu turan, bilbiloonni Apple ammoo 2018 irraa eegalee fudhachuu eegalan.
๐Bilbiloonni Samsung eSIM kan simatan tahus, gosa hunda miti.
Fakkeenyaaf: Samsung Galaxy S20, S21, S22โฆ kanneen sadarkaa walfakkaataa keessa jiran kaan eSIM keessummeessuu dandaโu.
Gama iPhone ammoo: iPhone XR, XS, 11โฆ irraa eegalee isaa ol kan jiraniin tajaajilicha argachuu dandeessu.
Kana malees bilbiloonni Google Pixel, Huawei, Motorola fi Oppo modeelonni sadarkaa olaanaarra jiran gariin keessatti argamu.
๐Dhiyeenya kana Itoophiyaatti hojii telekoomii kan eegale Safaricom, ammaaf tajaajilli isaa magaalota muraasa keessa tahus, tajaajila eSIM akka eegalchiisus ni eegama.
๐Biyya ollaa Keeniyaatti maamiltoota hedduu kan qabu Safaricom, tajaajila eSIM Waxabajjii 2021 keessa ture kan eegalsiise.
ITTI FUFA.....
Odeeffannoowwan Teeknooloojii wayitawaan yeroon yeroon akka isin qaqqabuuf channel keenya join gochuu hindagatinaa.
JOIN AND SHARE
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
@samitecno

๐6
KAN ITTI FUFE
Kutaa 2ffaa
#Faayidaan_eSIM_maali?#Miidhaa_hoo_qabaa?
๐eSIM (embedded SIM) faayidaawwan adda addaa qaba.
Bilbilli keessan eSIM kan simatu taanaan, akkasumas bakka kaardiin itti galu qabaannaan, abbaa sarara bilbilaa lama taatu jechuudha.
๐Bilbiloonni dura SIM kaardii lama fudhachuu dandaโan akkuma jiranitti, bilbiloonni eSIM fudhatan garuu hanga sarara tajaajilaa shanii galmeessisuu dandaโu.
๐Faayidaan eSIM inni biraan, networkii tokkorraa isa biraatti jijjiiruu barbaannaan SIM kaardii haaraa bituun isinirraa hin eegamu.
Biyyoota tokko tokkotti kan gochuuf dhiyeessaa tajaajila networkiif bilbiluun dirqama ennaa tahu, gama onlines xumuruun ni dandaโama.
Fakkeenyaaf Safaricom irraa Ethio telecomโtti jijjiiruu barbaaddu taanaan, sim haaraa bituun otoo isinirraa hin eegamin geeddaruu dandeessu.
Keessattuu namoota biyya tokkoo biyya biraatti deddeebiโaniif, lilmoo barbaadanii kaardii baasanii galchuurraa isaan oolcha.
๐Gama nageenyaan ammoo hattoonni kaardicha baasanii odeeffannoo keessan akka hin saamne ittisa.
Haatahu malee akkasuma eSIM miidhaas qaba.
๐Fakkeenyaaf bilbilli keessan hojjechuu yoo dide, akkuma duraanii sim kaardii keessaa baastanii bilbila biraatti galchuu hin dandeessan.
๐Miidhaan eSIM inni ijoo salphumatti hordofamuu ykn โtrackโ godhamuu keenyadha.
Kana jechuunis mootummaas tahe dhaabni tokko sim kaardii keenya fayyadamuun na hordofaa jira jechuun, sodaa qabna taanaan, kun yaaddessaadha.
๐ Yeroo baayyee namoonni barbaadaman akka teessoon jaraa hin baramneef jecha sim kaardicha bilbila isaanii keessaa baasanii gatu. Haatahu malee eSIM gargaaramtu taanaan, bilbila keessan guutummaasaa yoo gattan malee, kana gochuu hin dandeessan.
๐Namni eSIM fayyadamu dhaabbilee tajaajila dhiyeessaniin salphumatti hordofamuu dandaโa. SIM kaardii amma jiruun โtrackโ godhamuu hin dandeessanu jechuu miti. Garuu isa sana caalaa hordofamuu dandeessu.
Egaa gabaabumattii waayeen eSIM kana fakkaata.

๐4
GRAPHICS DESIGN
*HUNDE ENTERTAINMENT*
#Entertainment_LOGO_design
#Photoshop
#Logo
#GFX_By
@michuugfx
@michuugfx
*HUNDE ENTERTAINMENT*
#Entertainment_LOGO_design
#Photoshop
#Logo
#GFX_By
@michuugfx
@michuugfx
#Carra_Barnoota_Bilisaa
Carra Barnoota Bilisaa(#Ischolarship) Barattoota Shamarranii Umuriin Isaanii 18-24 taataniif, Ministeerri Barnootaa Dhaabbata biyya Raashiyaatti argamu โSpecial Economic Zone "Alabuga" jedhamu barattoota Shamarranii fedhii qabaniifi umuriin isaanii waggaa 18-24 gidduu jiraniif Carraa Leenjii waan mijeesseef barattoonni shamarranii fedhii qabdan hanga Sadaasa 02/2015 hanga sa'a 6:00tti galmaa'uu kan dandeessan ta'uun ibsameera.
Galmaa'uuf Hidhaa(#linkii) asii gadii cuqaasa!
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
(https://forms.gle/zsFV5HqVoGDufr2v8)
Ministeera Barnootaa

Google has awarded a researcher $70,000 for reporting a security vulnerability that can be exploited to bypass the lock screen on all Pixel smartphones.
Source - The Hacker News
@samitecno
@samitecno
Source - The Hacker News
@samitecno
@samitecno
๐lakkofsa icciti bilbiloota android ๐
1. End call power
code:- *#*#7594#*#*
2. File copy for creating backup code:- *#*#273283*255*663282*#*#
3. Format android phone code:- *2767*3855#
4. Phone camera update code:- *#*#34971539#*#*
- Update camera firmware in image
- Update camera firmware in SD card
- Camera firmware version
- Firmware update count
5. Phone information code:- *#*#4636#*#*
6. Factor data reset code:- *#*#7780#*#*
7. Service mode code:- *#*#197328640#*#*
*#*#232338#*#* show Wi-Fi Mac address
*#*#1472365#*#* GPS test
*#*#1575#*#* another GPS test
*#*#232337#*#* show Bluetooth device
*#*#232331#*#* bluetooth test
- Firmware version information code:
*#*#4986*2650468#*#*
*#*#1234*#*# PDA and phone
*#*#1111#*#* FTA SW version
*#*#2222#*#* FTA HW version
- Code to launch various factory test
*#*#0283#*#* Packet loop back
*#*#*0*#*#* LED test
*#*#0673#*#* or *#*#0283#*#* melody test
*#*#0842#*#* Device test (vibration and backlight test)
*#*#2663#*#* Touch screen version
*#*#2664#*#* Touch screen test
*#*#0588#*#* Proximity sensor test
*#*#3264#*#* RAM
Code baayyeen bilbiloota #Samsung irraatti hojjetu
โ codin hundi bilbiloota hundaarraatti hojjechuu dhiisu danda'a
๐ข: โ our abilities limitless
@samitecno
@free_ict_group
โก๏ธShare And Support Us.

โจ๏ธ Button Function On The keyboard ...
Ctrl + A : Select All
Ctrl + B : Bold
Ctrl + C : Copy
Ctrl + D: do
Ctrl + E : Center Alignment
Ctrl + F : Find
Ctrl + G : Go To
Ctrl + H : Replace
Ctrl + I : Italic
Ctrl + J : Justify Alignment
Ctrl + K : Insert Hyperlink
Ctrl + L : Left Alignment
Ctrl + M: Incrase indent
Ctrl + N : New
Ctrl + O: open
Ctrl + P : Print
Ctrl + Q: normal style
Ctrl + R : Right Alignment
Ctrl + S : Save / Save As
Ctrl + T : Hanging Indent
Ctrl + U : Underline
Ctrl + V : Paste
Ctrl + W : Close
Ctrl + X : Cut
Ctrl + and: redo
Ctrl + with: undo
Ctrl + 1 : Single Spacing
Ctrl + 2 : Double Spacing
Ctrl + 5 : 1,5 lines
Ctrl + Esc : Start Menu
~ F1: running the help function provided on word
~ F2: change name of a file / folder
~ F3: running the order of autotext
~ F4: repeat the previous order
~ F5: running find and replace order or goto
~ F6: running orders of other panes
~ F7: memeriksaan offenses tap and text spelling
(spelling)
~ F8: beginning of highlighting command / text
selection or object
~ F9: Mengupdate Field (Mail Merge)
~ F10: activate the menu
~ F11: entering the next field (mail merge)
~ F12: activate the us save dialogue
~ ESC: Canceling Dialogue command
~ Enter: carry out a choice or end a paragraph
~ Tab: moving text according to the existing tab sign on horizontal ruler
~ Windows: the start of the start menu
~ Shortcut: activate shortcut in cursor position
~ Delete: Remove 1 characters on the right side of the cursor
~ Backspace: Deleting 1 characters on the left side of the cursor
~ Insert: Menyisip character in cursor position
~ Home: moving cursor position to the beginning of the line
~ End: moving cursor position to the end of the line
~ Page Up: rolling the screen up
~ Page Down: rolling the screen down
~ Up: MOVING THE CURSOR 1 rows up
~ Down: MOVING THE CURSOR 1 rows down
~ Left: MOVING CURSOR 1 characters to the left
~ Right: MOVING THE CURSOR 1 characters to the
right
~ Num Lock on: typing function numbers and active
math operators
~ Num Lock off: Active Navigation button function
- Shift + F10: Open The Shortcut Menu, just like clicking right
- Alt: button emphasis that is not combined with other buttons only
Work to activate or start the use of bar menu
- Shift + Delete: delete the selected item permanently
without putting items In the recycle bin
- Ctrl + Right Arrow: moving the! insertion point to the beginning of the next word
- Ctrl + Left Arrow: moving the insertion point to the beginning of the previous word
- Ctrl + Down Arrow: moving the insertion point to the beginning of the next paragraph
- Ctrl + Up Arrow: moving the insertion point to the beginning of the previous paragraph
- Alt + F4: closing active items, or out of active program
- Alt + Enter: Display Properties of selected objects
- Alt + Spacebar: open the shortcut menu for active windows
- Ctrl + F4: close active documents in programs that allow you
To have some documents that are open at the same time
- Alt + Tab: switch between open items
- Alt + ESC: cycle through items in open order
- Ctrl + shift + Tab: move backward through the tab
- Shift + Tab: move backward through choice
โฃ Version 2:
โฉ CTRL + C (Copy)
โฉ CTRL+X (Cut)
โฉ CTRL+V (Paste)
โฉ Ctrl+Z (undo)
โฉ Delete (delete)
โฉ Shift+Delete (remove the selected item permanently without putting items in recycle bin)
โฃ Ctrl while drag (drag) an item (copy selected item)
โฃ Ctrl + shift while dragging items (make a shortcut
to the selected item)
โฃ F2 Button (change the selected item name)
โฃ Ctrl + Right Arrow (moving the insertion point
(Cursor) to the beginning of the next word)
โฃ Ctrl + Left Arrow (moving the insertion point
(Cursor) to the beginning of the previous word)
โฃ Ctrl + Down Arrow (moving the insertion point
(Cursor) to the beginning of the next paragraph)
โฃ Ctrl + Up Arrow (moving the insertion point
(Cursor) to the beginning of the previous paragraph)
โฃ Ctrl + shift with one of the arrow key (highlight
text block)
๐ข: โ our abilities limitless
๐ค-> @samilearn:โฉ๏ธ
๐ฃ: @samitecno

๐3๐2โค1
Website 10 bilisan CV irraatti hojjechuu nu dandessisuu
@samitecno
1. ๐ flowcv.io
2. ๐ rxresu.me
3. ๐ zety.com
4. ๐ livecareer.com
5. ๐ resumenerd.com
6. ๐ novoresume.com
7. ๐ resumelab.com/in
8. ๐ resumegenius.com
9. ๐ myperfectresume.com
10. ๐ indeed.com/create-resume
๐ YOUR ABILITIES LIMITLESS
Share fi like hin dagatina...
@samitecno
@free_ict_group
@samitecno
1. ๐ flowcv.io
2. ๐ rxresu.me
3. ๐ zety.com
4. ๐ livecareer.com
5. ๐ resumenerd.com
6. ๐ novoresume.com
7. ๐ resumelab.com/in
8. ๐ resumegenius.com
9. ๐ myperfectresume.com
10. ๐ indeed.com/create-resume
๐ YOUR ABILITIES LIMITLESS
Share fi like hin dagatina...
@samitecno
@free_ict_group
Monster
Career Advice | Tips for Job Interviews, Resumes & More
Whether you're looking to change careers or want to know what interview questions to prepare for, this is your go-to place for career advice and tips.
Forwarded from Samiโ
Passport kara salpha ta'een mana kessan teessani ofii kessaani baafachu ni barbaaddu...?
Anonymous Quiz
96%
EYYE
4%
LAKKI
๐9
COD-ETยฎ
Passport kara salpha ta'een mana kessan teessani ofii kessaani baafachu ni barbaaddu...?
Akkam jirtu maati #schooltech Filanno keessan irraatti hundoofne galgaala saa'ati 4 irraatti bifa barreefamatiin isiinif maxxaansina maarre isinimmo channel kessan @samitecno hiriyoota keessani fi garee garagara keessatti share nuuf taasisuun beekumsa namootaf copsa...
๐YOUR ABILITIES LIMITLESS TRY ALL THINGS
๐Share and like your channel
๐๐๐๐๐๐๐๐
@samitecno
@free_ict_group
๐YOUR ABILITIES LIMITLESS TRY ALL THINGS
๐Share and like your channel
๐๐๐๐๐๐๐๐
@samitecno
@free_ict_group
AKKAMITTI MANA KEENYA TEENYE PASSPORT KEENYA XUMURAACHU DANDEENYA?
@samitecno
Guyyaa harโaa mana keenya teenyee karaa salphaa taโeenpassport argachuu dandeenya. Kanaafis ammoo kan nu gargaaru marsariitii citizenship and immigration service qopheesse fayyadamuudha Wanti nurraa eegamu foormii qophaaโe irratti of eeggannoodhaan odeeffannoo keenya seeraan guutuudha. Steeppiiwwan armaan gaditti eeraman hordofuun beellama keessan qabachuu dandeessu. Sana booda guyyaa beellama keessaniitti bakka(site) filattan qaamaan dhaquun odeeffannoo keessan mirkaneessifattu.
Haala itti passport online apply gochuu dandeenyu.....
.............ITTI FUFA..........
๐Your abilities limitless try somethings
Share and like your channel

๐1
...........kan itti fufe...........
Steppi kana gadii xiyyeeffanna guddadhaan guuta...
Step 1: Jalqaba irratti liinkii armaan gadii irratti cuqaasuun gara marsariitii odeeffanno keenya irratti guutnuutti adeemna.
ethiopianpassportservices.gov.et/
Step 2: Fuula jalqabaa irraa Start new Application kan jedhu filanna.
๏ฟผnew application
Step 2: Fuula itti aanu irraa gara gadii โI agree to the terms and conditionsโ fuuldura kan jiru mallattoo saanduqaa filachuun(tick) โStart Individual Appointmentโ kan jedhu irratti cuqaasna.
Step 3: Fuula itti aanu irraa โNew Passport Appointmentโ kan jedhu filachuun irratti cuqaasna.
Step 4: Fuula kana irratti ammoo bakka(site) passport keenya irraa argachuu barbaadnu filanna. Kanaafis site, city, office fi delivery site guutuun Next jennaan. Site isinitti dhihoo taโe filachuu hin dagatinaa.
Step 5: Beellama keenyaaf guyyaa fi saatii nuuf mijatu filachuun itti guutna.
Step 6: Fuula kana irratti odeeffannoo keenya isa sirrii itti guutna. Kanneen mallattoo urjii diimaa of fuulduraa qaban dirqama guutamu kan qabanuudha. Warreen kaan garuu odeeffannoo dabalataa kennuuf yoo tahe malee akkasumaan bakka duwwaatti dhiisnee bira darbuu dandeenya. Email ammo itti guutuu hin dagatinaa. Sababiin isaas koodii kaffaltiin irratti raawwatamu achiin isiniif ergama waan taheef. Email kan hin qabne taanan Email akkamiin banachuu dandeenya? jechuun search bar irratti search goochun banachu ni dandeessu
Step 7: Teessoo yookaanis bakka jireenyaa keenya itti guutna.Mallattoo urjii diimaa of fuuldura kan qabu dirqama guutamu qaba. Kanneen biroo guutuus dhiisuus ni dandeessu.Garuu ammoo osoo guuttanii filatamaadha.
Step 8: Odeeffannoo dabalataa waayee maatii keessanii guutuu dandeessu. Yoo hin barbaadnes rakkoo hin qabu waan taheef akkasumaan bira darbuu dandeessu. Sana booda Next jedhaani.
Step 9: Fuula passport keessani 32 pages filachuu keessan mirkaneeffachuun Submit jedhaani
Step 10: Waraqaa eenyummaa kan haaromee fi ragaa dhalootaa(birth certificate) Scan gochuun fuula kana irratti Upload godhaa. Waraqaan eenyumma keessan kan yeroo dhihootti haarome osoo tahee baayyee filatamaadha. Ragaa dhalootaa yoo hin qabaanne ammoo ganda jiraattaan adeemuun baafachuu dandeessu. Kanneen lammaan itti guutuun garuu dirqamadha.
Step 11: Odeeffannoo keessan hundaa sirriitti galchuu keessan mirkaneeffadhaa. Sana booda Confirm applicant details kan jedhu filachuun(tick) Next jedhaani.
Step 12: Karaa ittiin kaffaltii raawwattan filadhaa. Filannoolee hedduutu jiru, haatahu malee garuu warreen kaan xiqqoo isin rakkisuu dandaโu waan taheef Telebirr filattanii karaa sanaan osoo raawwattanii irra filatamaadha. Telebirr irraa maallaqa kan hin qabne taanaan ammoo akkaawuntii baankii keessan(CBE) irraa itti dabarsuu dandeessu.
Step 13: Qajeelfama kenname hordofuun saatii 48(guyyaa lama) gidduutti kaffaltii qarshii 600 raawwaachuu qabdu. Koodii maallaqa irratti galchitan ammoo karaa email akkasumas lakkoofsa bilbilaa irrattis isiiniif ergama. Isiniis steeppiiwwan isiniif kaaโame hordofuun kaffaltii keessan raawwachuu qabdu. Sana booda guyyaa beellama keessaniitti bakka(site) filattan qaamaan adeemuun wantoota hafan achitti xumurtu. Odeeffannoo online guuttan hundi sirrii tahuu isaa irra deebiin sakattaasisuu, ashaaraa(finger print) keessan kennuu, suuraa kaโuu fi mallattoon(signature) keessanis ni barbaadama waan taheef warreen kana guyyaa beellama keessanii qaamaan immigration tti argamuun raawwattu.
Walumaa galatti karaa salphaa passport itti argachuu dandeenyu kan armaan olitti ibsame kana fakkaata. Wanti isiniif hin galle yoo jiraate comment irratti nuuf barreeessaa isiniin jenna.
Apply
ใใใใใใใใใใใใ

๐4โค1
โก๏ธ Facebook post
โก๏ธ Instagram post
โก๏ธ Youtube banner
โก๏ธ YouTube thumbnail
โก๏ธ logo design
โก๏ธ Facebook cover
โก๏ธ blog banner
โก๏ธ resume
โก๏ธ poster fi kkf haala nama hawwachuu danda'uun yeroo gabaabaa gidduutti qopheessuuf marsariitii kanatti fayyadamaa
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Www.canva.com
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐your abilities limitless try somethings
Like and share your channel ๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ @samitecno ๐
๐ @free_ict_group ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
.

๐2
Torbe kana keessa Link website kami barbaaddu ?
Filanno kessan irraatti hundoofne isiinif maxxansina.
Schoolarship website link - 15
๐๐๐๐๐๐๐๐ 39%
Liinki Kuusa faayila bilisa - 12
๐๐๐๐๐๐ 31%
Link Website film irra buusan - 13
๐๐๐๐๐๐ 34%
Link website apk computera fi bilbilaa - 9
๐๐๐๐ 23%
Link website software bilbiloota - 7
๐๐๐ 18%
Link website website mata keenya bilisan ittin hojjeennu - 11
๐๐๐๐๐ 28%
๐ฅ 38 people voted so far.

๐4๐1
#Akka addunyaatti barnoota bilisa(schoolarship) website isiinif kennu 5
@samitecno
#iyyafanno website
1 - StudentScholarships.org
2 - collegeboard.org
3 - StudentScholarships.org
4 - ScholarshipExperts.com
5 - SuperCollege.com
๐ฆ#Share๐ฆ
๐ฉโ๐ป @samitecno
๐จโ๐จโ๐งโ๐ฆ๐จโ๐จโ๐งโ๐ฆ@free_ict_group
@samitecno
#iyyafanno website
1 - StudentScholarships.org
2 - collegeboard.org
3 - StudentScholarships.org
4 - ScholarshipExperts.com
5 - SuperCollege.com
๐ฆ#Share๐ฆ
๐ฉโ๐ป @samitecno
๐จโ๐จโ๐งโ๐ฆ๐จโ๐จโ๐งโ๐ฆ@free_ict_group
๐1๐1