COD-ETยฎ
20.3K subscribers
614 photos
31 videos
122 files
534 links
#COD-ET ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น

๐Ÿ’ป Code โ€ข Learn โ€ข Build
๐Ÿš€ Ethiopiaโ€™s growing developer community

๐ŸŽฏ Tech tips | ๐Ÿ’ก Learning | ๐ŸŒ Web & Apps | ๐ŸŽจ Design | ๐Ÿ’ผ Online opportunities

We build. We learn. We grow. Together.

Smart Code. Smart Security. Ethiopian Soul
Download Telegram
eSIM maali? Akkamiin hojjeta? Faayidaan isaahoo? Bilbiloota ismaartii akkamii faโ€™itu tajaajila kana simata?
๐Ÿคทโ€โ™‚๐Ÿคทโ€โ™‚eSIM maali, akkamiin hojjeta?

๐Ÿ‘‰Ethio telecom tajaajila bilbilaa SIM kaardii amma dura beeknuun malee fayyadamuu dandeessisu #eSIM jedhamu dhiyeenya kana beeksiseera.

๐Ÿ‘‰Fayyadamtoonnis wiirtuu tajaajilaa magaalaa Finfinnee keessatti argamu qaamaan dhaqanii tajaajila kana argachuu akka dandaโ€™an dhaabbattichi kan beeksise oggaa tahu, dhiyeenyas magaaloota biyyattii hundatti akka babalโ€™atu himeera.


eSIM maali?

๐Ÿ‘‰Waaโ€™ee eSIM ilaaluu keenyaan dura isa amma dura hundi keessan beektan โ€˜SIM kaardiiโ€™ haa ilaallu.

๐Ÿ‘‰Jechi SIM jedhu gabaajee โ€˜subscriber identity moduleโ€™ kan bakka buโ€™u ennaa tahu, kaardii pilaastikaa bicuu bilbila mobaayilaa keenya keessa galchinudha.

๐Ÿ‘‰Odeeffannoo keenya kanneen akka lakkoofsa bilbilaafi kan biraa of keessatti qabatee kan kuusu ennaa tahu, bilbila simachuufi bilbiluuf akkasumas daataa intarneetaa akka itti fayyadamtan isin gargaara.

๐Ÿ‘‰SIM kaardonni bara 1991tti hangisaanii kireedit kaardii gahu turan,  waggaa shan booda xiqqaachaa dhufuun โ€˜miniโ€™ [xiqqoo] tahanii dhufan.

๐Ÿ‘‰2003tti kaardiin hangaan xiqqaa tahe โ€˜Micro Simโ€™ jedhamu, oomisha iPhone 4 wajjin walitti hidhachuun as bahe. 2012tti ammoo Sim kaardiin โ€˜nanoโ€™ jedhamu hojiirra oole.

๐Ÿ‘‰eSIM kan jennu ammoo sim kaardii amma dura harkaan qabannee bilbila keenyatti galchinu kan hambisu wayita tahu, tajaajila SIM amma dura jiru kennuun garuu adda miti.

๐Ÿ‘‰Kaardii pilaastikaa amma dura beeknu teknooloojin bakka buโ€™u kun, bilbiloota harkaa keessatti durumayyuu kan itti midhaassamee (embedded tahee) dhufudha. Dijitaala waan taheef, akka isa duraatti bilbila tokko keessaa baastee, kan biraatti hin galchitu.

๐Ÿ‘‰Teknoolojiin kun boordii bilbila ammayyaawaa tahan keessatti walitti maxxanee kan hojjetamu ennaa tahu, softiweerii fayyadamuunis fagoorraa toโ€™atamuu dandaโ€™a.

๐Ÿ‘‰Odeeffannoo achirra jirus akka haaraatti deebisanii tolchuun ni dandaโ€™ama. Kunis dhaabbata dhiyeessaa tajaajilaa isa tokkorraa isa kaanitti, SIM qabdan otoo hin baasin geeddaruu dandeessu yookaan tajaajila dhaabbata biraa itti dabaluu dandeessisa.

๐Ÿ‘‰Kana malees bilbila tokkoon sarara/lakkoofsa bilbilaa garagaraa qabaachuu teknoolojii dandeessisudha.

#Bilbiloota_akkamiin_fayyadamuu_dandeenya?

๐Ÿ‘‰Bilbiloonni Galaxy Pixel bara 2017 irraa jalaqabee eSIM fayyadamu turan, bilbiloonni Apple ammoo 2018 irraa eegalee fudhachuu eegalan.

๐Ÿ‘‰Bilbiloonni Samsung eSIM kan simatan tahus, gosa hunda miti.
Fakkeenyaaf: Samsung Galaxy S20, S21, S22โ€ฆ kanneen sadarkaa walfakkaataa keessa jiran kaan eSIM keessummeessuu dandaโ€™u.

Gama iPhone ammoo: iPhone XR, XS, 11โ€ฆ irraa eegalee isaa ol kan jiraniin tajaajilicha argachuu dandeessu.

Kana malees bilbiloonni Google Pixel, Huawei, Motorola fi Oppo modeelonni sadarkaa olaanaarra jiran gariin keessatti argamu.

๐Ÿ‘‰Dhiyeenya kana Itoophiyaatti hojii telekoomii kan eegale Safaricom, ammaaf tajaajilli isaa magaalota muraasa keessa tahus, tajaajila eSIM akka eegalchiisus ni eegama.

๐Ÿ‘‰Biyya ollaa Keeniyaatti maamiltoota hedduu kan qabu Safaricom, tajaajila eSIM Waxabajjii 2021 keessa ture kan eegalsiise.

ITTI FUFA.....


Odeeffannoowwan Teeknooloojii wayitawaan yeroon yeroon akka isin qaqqabuuf channel keenya join gochuu hindagatinaa.
JOIN AND SHARE
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡


@samitecno
@samitecno
๐Ÿ‘6
KAN ITTI FUFE
Kutaa 2ffaa

#Faayidaan_eSIM_maali?#Miidhaa_hoo_qabaa?

๐Ÿ‘‰eSIM (embedded SIM) faayidaawwan adda addaa qaba.
Bilbilli keessan eSIM kan simatu taanaan, akkasumas bakka kaardiin itti galu qabaannaan, abbaa sarara bilbilaa lama taatu jechuudha.

๐Ÿ‘‰Bilbiloonni dura SIM kaardii lama fudhachuu dandaโ€™an akkuma jiranitti, bilbiloonni eSIM fudhatan garuu hanga sarara tajaajilaa shanii galmeessisuu dandaโ€™u.

๐Ÿ‘ŒFaayidaan eSIM inni biraan, networkii tokkorraa isa biraatti jijjiiruu barbaannaan SIM kaardii haaraa bituun isinirraa hin eegamu.

Biyyoota tokko tokkotti kan gochuuf dhiyeessaa tajaajila networkiif bilbiluun dirqama ennaa tahu, gama onlines xumuruun ni dandaโ€™ama.

Fakkeenyaaf Safaricom irraa Ethio telecomโ€™tti jijjiiruu barbaaddu taanaan, sim haaraa bituun otoo isinirraa hin eegamin geeddaruu dandeessu.

Keessattuu namoota biyya tokkoo biyya biraatti deddeebiโ€™aniif, lilmoo barbaadanii kaardii baasanii galchuurraa isaan oolcha.

๐Ÿ‘‰Gama nageenyaan ammoo hattoonni kaardicha baasanii odeeffannoo keessan akka hin saamne ittisa.

Haatahu malee akkasuma eSIM miidhaas qaba.

๐Ÿ‘‰Fakkeenyaaf bilbilli keessan hojjechuu yoo dide, akkuma duraanii sim kaardii keessaa baastanii bilbila biraatti galchuu hin dandeessan.

๐Ÿ‘‰Miidhaan eSIM inni ijoo salphumatti hordofamuu ykn โ€˜trackโ€™ godhamuu keenyadha.

Kana jechuunis mootummaas tahe dhaabni tokko sim kaardii keenya fayyadamuun na hordofaa jira jechuun, sodaa qabna taanaan, kun yaaddessaadha.

๐Ÿ‘‰ Yeroo baayyee namoonni barbaadaman akka teessoon jaraa hin baramneef jecha sim kaardicha bilbila isaanii keessaa baasanii gatu. Haatahu malee eSIM gargaaramtu taanaan, bilbila keessan guutummaasaa yoo gattan malee, kana gochuu hin dandeessan.

๐Ÿ‘‰Namni eSIM fayyadamu dhaabbilee tajaajila dhiyeessaniin salphumatti hordofamuu dandaโ€™a. SIM kaardii amma jiruun โ€˜trackโ€™ godhamuu hin dandeessanu jechuu miti. Garuu isa sana caalaa hordofamuu dandeessu.

Egaa gabaabumattii waayeen eSIM kana fakkaata.


Odeeffannoowwan Teeknooloojii wayitawaan yeroon yeroon akka isin qaqqabuuf channel keenya join gochuu hindagatinaa.
JOIN AND SHARE
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡


@samitecno
@samitecno
๐Ÿ‘4
#Carra_Barnoota_Bilisaa

Carra Barnoota Bilisaa(#Ischolarship) Barattoota Shamarranii Umuriin Isaanii 18-24 taataniif, Ministeerri Barnootaa Dhaabbata biyya Raashiyaatti argamu โ€™Special Economic Zone "Alabuga" jedhamu barattoota Shamarranii fedhii qabaniifi umuriin isaanii waggaa 18-24 gidduu jiraniif Carraa Leenjii waan mijeesseef barattoonni shamarranii fedhii qabdan hanga Sadaasa 02/2015 hanga sa'a 6:00tti galmaa'uu kan dandeessan ta'uun ibsameera.

Galmaa'uuf Hidhaa(#linkii) asii gadii cuqaasa!
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
(https://forms.gle/zsFV5HqVoGDufr2v8)

Ministeera Barnootaa

@samitecno
@samitecno
Google has awarded a researcher $70,000 for reporting a security vulnerability that can be exploited to bypass the lock screen on all Pixel smartphones.

Source - The Hacker News

@samitecno
@samitecno
๐Ÿ“lakkofsa icciti bilbiloota android ๐Ÿ”

1. End call power
code:- *#*#7594#*#*

2. File copy for creating backup code:- *#*#273283*255*663282*#*#

3. Format android phone code:- *2767*3855#

4. Phone camera update code:- *#*#34971539#*#*
- Update camera firmware in image
- Update camera firmware in SD card
- Camera firmware version
- Firmware update count

5. Phone information code:- *#*#4636#*#*

6. Factor data reset code:- *#*#7780#*#*

7. Service mode code:- *#*#197328640#*#*
*#*#232338#*#* show Wi-Fi Mac address
*#*#1472365#*#* GPS test
*#*#1575#*#* another GPS test
*#*#232337#*#* show Bluetooth device
*#*#232331#*#* bluetooth test
- Firmware version information code:
*#*#4986*2650468#*#*
*#*#1234*#*# PDA and phone
*#*#1111#*#* FTA SW version
*#*#2222#*#* FTA HW version
- Code to launch various factory test
*#*#0283#*#* Packet loop back
*#*#*0*#*#* LED test
*#*#0673#*#* or *#*#0283#*#* melody test
*#*#0842#*#* Device test (vibration and backlight test)
*#*#2663#*#* Touch screen version
*#*#2664#*#* Touch screen test
*#*#0588#*#* Proximity sensor test
*#*#3264#*#* RAM
Code baayyeen bilbiloota #Samsung irraatti hojjetu

โœ… codin hundi bilbiloota hundaarraatti hojjechuu dhiisu danda'a

๐Ÿ“ข: โœ…our abilities limitless

@samitecno
@free_ict_group

โšก๏ธShare And Support Us.
โŒจ๏ธ Button Function On The keyboard ...

Ctrl + A : Select All
Ctrl + B : Bold
Ctrl + C : Copy
Ctrl + D: do
Ctrl + E : Center Alignment
Ctrl + F : Find
Ctrl + G : Go To
Ctrl + H : Replace
Ctrl + I : Italic
Ctrl + J : Justify Alignment
Ctrl + K : Insert Hyperlink
Ctrl + L : Left Alignment
Ctrl + M: Incrase indent
Ctrl + N : New
Ctrl + O: open
Ctrl + P : Print
Ctrl + Q: normal style
Ctrl + R : Right Alignment
Ctrl + S : Save / Save As
Ctrl + T : Hanging Indent
Ctrl + U : Underline
Ctrl + V : Paste
Ctrl + W : Close
Ctrl + X : Cut
Ctrl + and: redo
Ctrl + with: undo
Ctrl + 1 : Single Spacing
Ctrl + 2 : Double Spacing
Ctrl + 5 : 1,5 lines
Ctrl + Esc : Start Menu
~ F1: running the help function provided on word
~ F2: change name of a file / folder
~ F3: running the order of autotext
~ F4: repeat the previous order
~ F5: running find and replace order or goto
~ F6: running orders of other panes
~ F7: memeriksaan offenses tap and text spelling
(spelling)
~ F8: beginning of highlighting command / text
selection or object
~ F9: Mengupdate Field (Mail Merge)
~ F10: activate the menu
~ F11: entering the next field (mail merge)
~ F12: activate the us save dialogue
~ ESC: Canceling Dialogue command
~ Enter: carry out a choice or end a paragraph
~ Tab: moving text according to the existing tab sign on horizontal ruler
~ Windows: the start of the start menu
~ Shortcut: activate shortcut in cursor position
~ Delete: Remove 1 characters on the right side of the cursor
~ Backspace: Deleting 1 characters on the left side of the cursor
~ Insert: Menyisip character in cursor position
~ Home: moving cursor position to the beginning of the line
~ End: moving cursor position to the end of the line
~ Page Up: rolling the screen up
~ Page Down: rolling the screen down
~ Up: MOVING THE CURSOR 1 rows up
~ Down: MOVING THE CURSOR 1 rows down
~ Left: MOVING CURSOR 1 characters to the left
~ Right: MOVING THE CURSOR 1 characters to the
right
~ Num Lock on: typing function numbers and active
math operators
~ Num Lock off: Active Navigation button function
- Shift + F10: Open The Shortcut Menu, just like clicking right
- Alt: button emphasis that is not combined with other buttons only
Work to activate or start the use of bar menu
- Shift + Delete: delete the selected item permanently
without putting items In the recycle bin
- Ctrl + Right Arrow: moving the! insertion point to the beginning of the next word
- Ctrl + Left Arrow: moving the insertion point to the beginning of the previous word
- Ctrl + Down Arrow: moving the insertion point to the beginning of the next paragraph
- Ctrl + Up Arrow: moving the insertion point to the beginning of the previous paragraph
- Alt + F4: closing active items, or out of active program
- Alt + Enter: Display Properties of selected objects
- Alt + Spacebar: open the shortcut menu for active windows
- Ctrl + F4: close active documents in programs that allow you
To have some documents that are open at the same time
- Alt + Tab: switch between open items
- Alt + ESC: cycle through items in open order
- Ctrl + shift + Tab: move backward through the tab
- Shift + Tab: move backward through choice
โ–ฃ Version 2:
โžฉ CTRL + C (Copy)
โžฉ CTRL+X (Cut)
โžฉ CTRL+V (Paste)
โžฉ Ctrl+Z (undo)
โžฉ Delete (delete)
โžฉ Shift+Delete (remove the selected item permanently without putting items in recycle bin)
โ–ฃ Ctrl while drag (drag) an item (copy selected item)
โ–ฃ Ctrl + shift while dragging items (make a shortcut
to the selected item)
โ–ฃ F2 Button (change the selected item name)
โ–ฃ Ctrl + Right Arrow (moving the insertion point
(Cursor) to the beginning of the next word)
โ–ฃ Ctrl + Left Arrow (moving the insertion point
(Cursor) to the beginning of the previous word)
โ–ฃ Ctrl + Down Arrow (moving the insertion point
(Cursor) to the beginning of the next paragraph)
โ–ฃ Ctrl + Up Arrow (moving the insertion point
(Cursor) to the beginning of the previous paragraph)
โ–ฃ Ctrl + shift with one of the arrow key (highlight
text block)

๐Ÿ“ข: โœ…our abilities limitless


๐Ÿ“ค-> @samilearn:โ†ฉ๏ธ
๐Ÿ“ฃ: @samitecno
@free_ict_group

โšก๏ธShare And Support Us.
๐Ÿ‘3๐Ÿ‘2โค1
COD-ETยฎ pinned ยซโŒจ๏ธ Button Function On The keyboard ... Ctrl + A : Select All Ctrl + B : Bold Ctrl + C : Copy Ctrl + D: do Ctrl + E : Center Alignment Ctrl + F : Find Ctrl + G : Go To Ctrl + H : Replace Ctrl + I : Italic Ctrl + J : Justify Alignment Ctrl + K : Insert Hyperlinkโ€ฆยป
Forwarded from Samiโ‘ 
Passport kara salpha ta'een mana kessan teessani ofii kessaani baafachu ni barbaaddu...?
Anonymous Quiz
96%
EYYE
4%
LAKKI
๐Ÿ‘9
COD-ETยฎ pinned ยซPassport kara salpha ta'een mana kessan teessani ofii kessaani baafachu ni barbaaddu...?ยป
COD-ETยฎ
Passport kara salpha ta'een mana kessan teessani ofii kessaani baafachu ni barbaaddu...?
Akkam jirtu maati #schooltech Filanno keessan irraatti hundoofne galgaala saa'ati 4 irraatti bifa barreefamatiin isiinif maxxaansina maarre isinimmo channel kessan @samitecno hiriyoota keessani fi garee garagara keessatti share nuuf taasisuun beekumsa namootaf copsa...

๐Ÿ‘‰YOUR ABILITIES LIMITLESS TRY ALL THINGS
๐Ÿ‘Share and like your channel
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
@samitecno
@free_ict_group
AKKAMITTI MANA KEENYA TEENYE PASSPORT KEENYA XUMURAACHU DANDEENYA?

@samitecno

Guyyaa harโ€™aa mana keenya teenyee karaa salphaa taโ€™eenpassport argachuu dandeenya. Kanaafis ammoo kan nu gargaaru marsariitii citizenship and immigration service qopheesse fayyadamuudha Wanti nurraa eegamu foormii qophaaโ€™e irratti of eeggannoodhaan odeeffannoo keenya seeraan guutuudha. Steeppiiwwan armaan gaditti eeraman hordofuun beellama keessan qabachuu dandeessu. Sana booda guyyaa beellama keessaniitti bakka(site) filattan qaamaan dhaquun odeeffannoo keessan mirkaneessifattu.

Haala itti passport online apply gochuu dandeenyu.....

.............ITTI FUFA..........


๐Ÿ‘‰Your abilities limitless try somethings

Share and like your channel
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
@samitecno
@free_ict_group
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
๐Ÿ‘1
...........kan itti fufe...........

Steppi kana gadii xiyyeeffanna guddadhaan guuta...


Step 1: Jalqaba irratti liinkii armaan gadii irratti cuqaasuun gara marsariitii odeeffanno keenya irratti guutnuutti adeemna.
ethiopianpassportservices.gov.et/

Step 2: Fuula jalqabaa irraa Start new Application kan jedhu filanna.

๏ฟผnew application

Step 2: Fuula itti aanu irraa gara gadii โ€˜I agree to the terms and conditionsโ€˜ fuuldura kan jiru mallattoo saanduqaa filachuun(tick) โ€˜Start Individual Appointmentโ€˜ kan jedhu irratti cuqaasna.



Step 3: Fuula itti aanu irraa โ€˜New Passport Appointmentโ€˜ kan jedhu filachuun irratti cuqaasna.


Step 4: Fuula kana irratti ammoo bakka(site) passport keenya irraa argachuu barbaadnu filanna. Kanaafis site, city, office fi delivery site guutuun Next jennaan. Site isinitti dhihoo taโ€™e filachuu hin dagatinaa.


Step 5: Beellama keenyaaf guyyaa fi saatii nuuf mijatu filachuun itti guutna.



Step 6: Fuula kana irratti odeeffannoo keenya isa sirrii itti guutna. Kanneen mallattoo urjii diimaa of fuulduraa qaban dirqama guutamu kan qabanuudha. Warreen kaan garuu odeeffannoo dabalataa kennuuf yoo tahe malee akkasumaan bakka duwwaatti dhiisnee bira darbuu dandeenya. Email ammo itti guutuu hin dagatinaa. Sababiin isaas koodii kaffaltiin irratti raawwatamu achiin isiniif ergama waan taheef. Email kan hin qabne taanan Email akkamiin banachuu dandeenya? jechuun search bar irratti search goochun banachu ni dandeessu



Step 7: Teessoo yookaanis bakka jireenyaa keenya itti guutna.Mallattoo urjii diimaa of fuuldura kan qabu dirqama guutamu qaba. Kanneen biroo guutuus dhiisuus ni dandeessu.Garuu ammoo osoo guuttanii filatamaadha.



Step 8: Odeeffannoo dabalataa waayee maatii keessanii guutuu dandeessu. Yoo hin barbaadnes rakkoo hin qabu waan taheef akkasumaan bira darbuu dandeessu. Sana booda Next jedhaani.



Step 9: Fuula passport keessani 32 pages filachuu keessan mirkaneeffachuun Submit jedhaani



Step 10: Waraqaa eenyummaa kan haaromee fi ragaa dhalootaa(birth certificate) Scan gochuun fuula kana irratti Upload godhaa. Waraqaan eenyumma keessan kan yeroo dhihootti haarome osoo tahee baayyee filatamaadha. Ragaa dhalootaa yoo hin qabaanne ammoo ganda jiraattaan adeemuun baafachuu dandeessu. Kanneen lammaan itti guutuun garuu dirqamadha.



Step 11: Odeeffannoo keessan hundaa sirriitti galchuu keessan mirkaneeffadhaa. Sana booda Confirm applicant details kan jedhu filachuun(tick) Next jedhaani.



Step 12: Karaa ittiin kaffaltii raawwattan filadhaa. Filannoolee hedduutu jiru, haatahu malee garuu warreen kaan xiqqoo isin rakkisuu dandaโ€™u waan taheef Telebirr filattanii karaa sanaan osoo raawwattanii irra filatamaadha. Telebirr irraa maallaqa kan hin qabne taanaan ammoo akkaawuntii baankii keessan(CBE) irraa itti dabarsuu dandeessu.



Step 13: Qajeelfama kenname hordofuun saatii 48(guyyaa lama) gidduutti kaffaltii qarshii 600 raawwaachuu qabdu. Koodii maallaqa irratti galchitan ammoo karaa email akkasumas lakkoofsa bilbilaa irrattis isiiniif ergama. Isiniis steeppiiwwan isiniif kaaโ€™ame hordofuun kaffaltii keessan raawwachuu qabdu. Sana booda guyyaa beellama keessaniitti bakka(site) filattan qaamaan adeemuun wantoota hafan achitti xumurtu. Odeeffannoo online guuttan hundi sirrii tahuu isaa irra deebiin sakattaasisuu, ashaaraa(finger print) keessan kennuu, suuraa kaโ€™uu fi mallattoon(signature) keessanis ni barbaadama waan taheef warreen kana guyyaa beellama keessanii qaamaan immigration tti argamuun raawwattu.


Walumaa galatti karaa salphaa passport itti argachuu dandeenyu kan armaan olitti ibsame kana fakkaata. Wanti isiniif hin galle yoo jiraate comment irratti nuuf barreeessaa isiniin jenna.

Apply
ใ€‚ใ€‚ใ€‚ใ€‚ใ€‚ใ€‚ใ€‚ใ€‚ใ€‚ใ€‚ใ€‚ใ€‚

๐Ÿ‘‰Your abilities limitless try somethings

Share and like your channel
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
@samitecno
@free_ict_group
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
๐Ÿ‘4โค1
Suuran isiin qabachu qabdan bifa suura kana olitiin ta'uutu irraa jiraata....
โžก๏ธ Facebook post
โžก๏ธ Instagram post
โžก๏ธ Youtube banner
โžก๏ธ YouTube thumbnail
โžก๏ธ logo design
โžก๏ธ Facebook cover
โžก๏ธ blog banner
โžก๏ธ resume
โžก๏ธ poster fi kkf haala nama hawwachuu danda'uun yeroo gabaabaa gidduutti qopheessuuf marsariitii kanatti fayyadamaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Www.canva.com
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†

๐Ÿ‘‰your abilities limitless try somethings

Like and share your channel ๐Ÿ‘‡

๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
๐Ÿ‘‰ @samitecno ๐Ÿ‘ˆ
๐Ÿ‘‰ @free_ict_group ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž

.
๐Ÿ‘2
Torbe kana keessa Link website kami barbaaddu ?
Filanno kessan irraatti hundoofne isiinif maxxansina.

Schoolarship website link - 15
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ 39%

Liinki Kuusa faayila bilisa - 12
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ 31%

Link Website film irra buusan - 13
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ 34%

Link website apk computera fi bilbilaa - 9
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ 23%

Link website software bilbiloota - 7
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ 18%

Link website website mata keenya bilisan ittin hojjeennu - 11
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ 28%

๐Ÿ‘ฅ 38 people voted so far.
๐Ÿ‘4๐Ÿ‘1