Videon akkaata DV-2024 bilbila keenya qofa fayyadamnee haala salphaa ta'een baasii tokko malee DV-2024 guutuu dandeenyu akka hojjetamu yoo barbaaddan 👍 tuqaa. Hin hojjetamiin kan jettan yoo ta'e immoo ❤️ tuqaa
Yaadaa fi garee sagalee caalmaa qaburratti hundoofnee dalgna
Chaayinaalii kessan MICHUU GFX

👍2
Nama jaba ta'uudhaf gonkuma yeroon sitti hin barfaanne.
It is never too late to decide to become a better person.
🗣@samitecno
🫂@free_ict_group

AKKAMITTI DV LOTTERY 2024 GUUTUU DANDEENYA?
👉 Ulaagaaleen barbaachisanis maalidha? Iyyatni keenya akka hin kufneef of eeggannoowwan nuti gochuu qabnu hoo maali kan jedhuu fi wantoonni kanaan wal qabatan maxxansa kana keessatti haala bareedaadhaan ibsamee jira waan taheef seeraan dubbisaati fedhii kan qabdan taanaaan foormii qophaa’e irratti odeeffannoo keessan guutuun carraa keessan yaalaa.
Akkuma beekamu DV lottery’n carraa waggaa waggaan biyyoonni addunyaa hedduun foormii online irraan erga guutanii carraa isaani yaaluun visa jireenyaa biyya America kan itti argataniidha.
Biyyoota garagaraa irraa carraa kana namoota hedduutu gutuu barbaada, sababa garagaraa irraa kan ka’e garuu biyyoonni dhorkaman ni jiru, biyya keenya keessatti foormii kana guutuun eyyamamaadha. Egaa akka addunyaatti namoonni hedduun ulaagaa jara irraa eegamu foormii qophaa’e irratti guutuun iyyata isaanii ergatu.
Garuu namoota hedduudhaaf foormiin isaan guutan kun sababoota dogongora qabuuf osoo carraaf hin darbin callallii jalqabaa irratti jalaa kufa. Namoota calallii darban keessaa akka addunyaatti kan carraa kana argatan waggaatti namoota 55,000 dha. DV bara kana jechuunis kan 2024 yeroon itti guutamu, October 5, 2022 irraa eegaluun hanga November 8, 2022 tti tura.
DV kana Guutuuf ulaagaalee akkamiitu nu barbaachisa?
1ffaa: Namni carraa kana yaaltan biyyi isin irraa guuttan sun biyya akka guutaniif eeyyamame keessa tokko ta’uu qaba. Biyyoonni akka Brazil, Canada, India, Colombia,China fi kanneen biroo keessatti sababii isaan waggoota shanan darban keessatti namoonni 50,000 ol ta’an carrichatti fayyadamuun garas imalaniif akka guutanuuf hin eyyamamu. Karaa biraadhaanis ammoo nama haadha manaa(jaartii) qabdanu taatanii yoo jaartiin keessan biyya irraa guutuun eeyyamamaa ta’e keessatti dhalatte, kan ishee fayyadamuun guutuu dandeessu. Dabalataanis yoo maatiin keessan biyya bira kan irraa guutuun itti eeyyamamu keessatti dhalatan kan isaanii fayyadamtanii guutuus ni dandeessu.
2ffaa: Akka carraa yoo filatamne, Viisaa kana argachuuf yoo xiqqaate barnoota sadarkaa lammaffaa xumuruutu nurraa eegama. Ykn ammoo barumsa ogummaadhaan (BLTO) yoo xiqqaate muuxannoo hojii waggaa lamaa waliin qabaachuutu nu barbaachisa.
3ffaa: Yeroo kenname fi website isa sirrii qofa fayyadamu qabna. Carraan gara jalqabaa irra guutamuu fi gara dhumaa guutuu tokko akka hin taane beekamaadha. Kanaaf hanga danda’ametti dafanii yaaluun filatamaadha. Kunis kan tahuu qabu October 5, 2022 irraa kaasee hanga November 8, 2022 ttti dha.
4ffaa: Inni biraan ammoo, namni tokko si’a tokko qofa guutuu qaba. Kana malee namni tokko irra deddeebiidhaan guutuuf maqaa fi suura isaa jijjiiree yoo yaale ni kufa. Foormiin isaas guutumma guutuutti fudhatamummaa hin qabaatu.
5ffaa: Passport osoo qabaate irra filatamaadha. Dv 2024 kana irratti garuu namni passport hin qabnes guutuu danda’a. Akka carraa filatamnee jennaan garuu dirqama nu barbaachisa.
6ffaa: Yeroo guuttan Email account keessan fayyadamuun baay’ee filatamaadha, sababiin isaas karaan isaaniin wal qunnamu dandeessan email dhaani waan ta’eef. Dabalataanis yoo filatamtan odeeffannoon guutuu waayee filatamuu keessanii ibsu karan ittiin isin qaqqabuu email keessaniinidha. Hanga ammaatti email account hin qabdanu taanaan maxxansa keenya kanakkamittiin email account banachuu dandeenya jedhu dubbisuun ammuma banadhaa.
Wantoota ijoo yeroo DV guuttan calallii darbuuf irratti xiyyeeffachuu qabdan:
1.Maqaa: Maqaan keessan afaan ingiliffaan ta’uu qaba. Akkasumas passport kan qabdanu taanaan akkaataa maqaa passport fi waraqaalee ragaa kanneen biroo irratti barraa’ee jiruun wal-fakkaachuu qaba.
2. Guyyaa dhalootaa: Baatii, guyyaa fi waggaa itti dhalattan gara gregorian calendar(ALA) tti jijjiiruun akkaataa kaardii dhalootaa keessaniin wal simuu danda’u gochuun guutuu qabdu.
3.Suuraa: Asirratti suuraan xiyyeeffannoo guddaa barbaada, wantoota foormii keenyaa kufaa taasisan keessaa inni tokko dogongora suuraati. Ulaagaa mataa isaa eeggachuu qaba.
ITTI FUFAA...
Join & share gochuu hin dagatina

Haaluma kanaan suuraan keessan iskuweerii tahuu qaba. 600×600 px gadii fi 1200×1200 px ol tahuu hin qabu. Size isaa 240 kB (kilobytes) caaluu hin qabuu. Background isaa adii, fuulaa guutuu mullisuu, koofiyyaa malee, eye glasses fi wantoota garagaraa ofirraa qabaachuu hin qabu. Kan yeroo dhihoo asitti (ji’a 6 asitti) kaatan tahuu qaba.
4.Si’a tokkotti guutuu. Erga foormicha guutuu eegaltii hanga xumurtanitti online irraa ba’uu hin qabdani. Sababni isaan baatani yeroo deebitan fuulli sun yoo isin jala bade yeroo lama akka waan guuttanitti waan fudhatuuf isin jalaa kuffisa.
5.Odeefannoo ol kaayachuu: Erga foormicha guutuun xumurtanii submit gotanii booda barreeffama Confirmation isaa isinii ergamu sana screenshot ykn pdf dhaan print gootanii ol kaawwachuu qabdu.
Carraa DV lottery 2024 yaaluuf marsaariitii ykn website armaan gadii fayyadamuu qabdu. Sana booda steeppiiwwan eeraman hordofuun guutaa.
dvprogram.state.gov
Steeppiwwan armaan gadii hodofuun DV bara 2024 haalan guutuu dandeessu:
1. Jalqaba link websiticha cuqaasuun gara home page deemaa.
2. Xiqqoo gadi bu’uun gara gadiirraaBegin Entry kan jedhu irratti cuqaasaa.
3. Itti aansuun koodii walxaxaa siniif fida qubee sana sirriitti adda baasuun, qubee guddaa fi xiqqaa illee ilaaluun bakka duwwaa jala jiru irratti barreessun submit jedhaa.
4. Amma kallattumaan gara foormii odeeffannoo keessan irratti guuttanuutti isin geessa.
Haaluma armaan olitti eerameen egaa odeeffanno keessan maqaa irra eegaltanii guutuu jalqabuu dandeessu. Abbaa carraa Dv lottery 2024 akka taatanu gamanumaan hawwii qabnu isiniif ibsina.
dvprogram.state.gov
5 thoughts on “DV Lottery Bara 2024 October 5 Irraa Jalqabuun Guutuun Eegalameera”
Join fi share gochuu hin dagatina

👍1
Self-love is the highest frequency that attracts everything you want.
@samtecno
@free_ict_group
#motivationday
@samtecno
@free_ict_group
#motivationday
DV-2024
#Success!
Akkaataa kanaan na fudhatee confirmation code naa ergee jiraa. Namoonni akka siniif guutamu barbaaddan @jesper12 irratti nuu quunnamaa. Akkaataa itti guutaan video isaa hojjennee waan jiruuf akka lakkifamu yoo feetan chayinaalii keenya @michuugfx fi group keenya @michuugfxchat Join Share godhaa nu bira dhaabadhaa. Media keessan #MICHUU_GFX IRRAA

#Course gaggabaaboo bilisaan online irratti namoota fudhachuu barbaaddaniif: #Harvard_University irraa
Liinkii armaan gadiin galuun galmooftanii hordofuu dandeessu.
https://pll.harvard.edu/catalog/free
Odeeffannoowwan Teeknooloojii wayitawaan yeroon yeroon akka isin qaqqabuuf channel keenya join gochuu hindagatinaa.
JOIN AND SHARE
👇👇👇👇👇👇
@samitecno

🤷♂🤷♂eSIM maali, akkamiin hojjeta?
👉Ethio telecom tajaajila bilbilaa SIM kaardii amma dura beeknuun malee fayyadamuu dandeessisu #eSIM jedhamu dhiyeenya kana beeksiseera.
👉Fayyadamtoonnis wiirtuu tajaajilaa magaalaa Finfinnee keessatti argamu qaamaan dhaqanii tajaajila kana argachuu akka danda’an dhaabbattichi kan beeksise oggaa tahu, dhiyeenyas magaaloota biyyattii hundatti akka babal’atu himeera.
eSIM maali?
👉Waa’ee eSIM ilaaluu keenyaan dura isa amma dura hundi keessan beektan ‘SIM kaardii’ haa ilaallu.
👉Jechi SIM jedhu gabaajee ‘subscriber identity module’ kan bakka bu’u ennaa tahu, kaardii pilaastikaa bicuu bilbila mobaayilaa keenya keessa galchinudha.
👉Odeeffannoo keenya kanneen akka lakkoofsa bilbilaafi kan biraa of keessatti qabatee kan kuusu ennaa tahu, bilbila simachuufi bilbiluuf akkasumas daataa intarneetaa akka itti fayyadamtan isin gargaara.
👉SIM kaardonni bara 1991tti hangisaanii kireedit kaardii gahu turan, waggaa shan booda xiqqaachaa dhufuun ‘mini’ [xiqqoo] tahanii dhufan.
👉2003tti kaardiin hangaan xiqqaa tahe ‘Micro Sim’ jedhamu, oomisha iPhone 4 wajjin walitti hidhachuun as bahe. 2012tti ammoo Sim kaardiin ‘nano’ jedhamu hojiirra oole.
👉eSIM kan jennu ammoo sim kaardii amma dura harkaan qabannee bilbila keenyatti galchinu kan hambisu wayita tahu, tajaajila SIM amma dura jiru kennuun garuu adda miti.
👉Kaardii pilaastikaa amma dura beeknu teknooloojin bakka bu’u kun, bilbiloota harkaa keessatti durumayyuu kan itti midhaassamee (embedded tahee) dhufudha. Dijitaala waan taheef, akka isa duraatti bilbila tokko keessaa baastee, kan biraatti hin galchitu.
👉Teknoolojiin kun boordii bilbila ammayyaawaa tahan keessatti walitti maxxanee kan hojjetamu ennaa tahu, softiweerii fayyadamuunis fagoorraa to’atamuu danda’a.
👉Odeeffannoo achirra jirus akka haaraatti deebisanii tolchuun ni danda’ama. Kunis dhaabbata dhiyeessaa tajaajilaa isa tokkorraa isa kaanitti, SIM qabdan otoo hin baasin geeddaruu dandeessu yookaan tajaajila dhaabbata biraa itti dabaluu dandeessisa.
👉Kana malees bilbila tokkoon sarara/lakkoofsa bilbilaa garagaraa qabaachuu teknoolojii dandeessisudha.
#Bilbiloota_akkamiin_fayyadamuu_dandeenya?
👉Bilbiloonni Galaxy Pixel bara 2017 irraa jalaqabee eSIM fayyadamu turan, bilbiloonni Apple ammoo 2018 irraa eegalee fudhachuu eegalan.
👉Bilbiloonni Samsung eSIM kan simatan tahus, gosa hunda miti.
Fakkeenyaaf: Samsung Galaxy S20, S21, S22… kanneen sadarkaa walfakkaataa keessa jiran kaan eSIM keessummeessuu danda’u.
Gama iPhone ammoo: iPhone XR, XS, 11… irraa eegalee isaa ol kan jiraniin tajaajilicha argachuu dandeessu.
Kana malees bilbiloonni Google Pixel, Huawei, Motorola fi Oppo modeelonni sadarkaa olaanaarra jiran gariin keessatti argamu.
👉Dhiyeenya kana Itoophiyaatti hojii telekoomii kan eegale Safaricom, ammaaf tajaajilli isaa magaalota muraasa keessa tahus, tajaajila eSIM akka eegalchiisus ni eegama.
👉Biyya ollaa Keeniyaatti maamiltoota hedduu kan qabu Safaricom, tajaajila eSIM Waxabajjii 2021 keessa ture kan eegalsiise.
ITTI FUFA.....
Odeeffannoowwan Teeknooloojii wayitawaan yeroon yeroon akka isin qaqqabuuf channel keenya join gochuu hindagatinaa.
JOIN AND SHARE
👇👇👇👇👇👇👇👇👇

👍6
KAN ITTI FUFE
Kutaa 2ffaa
#Faayidaan_eSIM_maali?#Miidhaa_hoo_qabaa?
👉eSIM (embedded SIM) faayidaawwan adda addaa qaba.
Bilbilli keessan eSIM kan simatu taanaan, akkasumas bakka kaardiin itti galu qabaannaan, abbaa sarara bilbilaa lama taatu jechuudha.
👉Bilbiloonni dura SIM kaardii lama fudhachuu danda’an akkuma jiranitti, bilbiloonni eSIM fudhatan garuu hanga sarara tajaajilaa shanii galmeessisuu danda’u.
👌Faayidaan eSIM inni biraan, networkii tokkorraa isa biraatti jijjiiruu barbaannaan SIM kaardii haaraa bituun isinirraa hin eegamu.
Biyyoota tokko tokkotti kan gochuuf dhiyeessaa tajaajila networkiif bilbiluun dirqama ennaa tahu, gama onlines xumuruun ni danda’ama.
Fakkeenyaaf Safaricom irraa Ethio telecom’tti jijjiiruu barbaaddu taanaan, sim haaraa bituun otoo isinirraa hin eegamin geeddaruu dandeessu.
Keessattuu namoota biyya tokkoo biyya biraatti deddeebi’aniif, lilmoo barbaadanii kaardii baasanii galchuurraa isaan oolcha.
👉Gama nageenyaan ammoo hattoonni kaardicha baasanii odeeffannoo keessan akka hin saamne ittisa.
Haatahu malee akkasuma eSIM miidhaas qaba.
👉Fakkeenyaaf bilbilli keessan hojjechuu yoo dide, akkuma duraanii sim kaardii keessaa baastanii bilbila biraatti galchuu hin dandeessan.
👉Miidhaan eSIM inni ijoo salphumatti hordofamuu ykn ‘track’ godhamuu keenyadha.
Kana jechuunis mootummaas tahe dhaabni tokko sim kaardii keenya fayyadamuun na hordofaa jira jechuun, sodaa qabna taanaan, kun yaaddessaadha.
👉 Yeroo baayyee namoonni barbaadaman akka teessoon jaraa hin baramneef jecha sim kaardicha bilbila isaanii keessaa baasanii gatu. Haatahu malee eSIM gargaaramtu taanaan, bilbila keessan guutummaasaa yoo gattan malee, kana gochuu hin dandeessan.
👉Namni eSIM fayyadamu dhaabbilee tajaajila dhiyeessaniin salphumatti hordofamuu danda’a. SIM kaardii amma jiruun ‘track’ godhamuu hin dandeessanu jechuu miti. Garuu isa sana caalaa hordofamuu dandeessu.
Egaa gabaabumattii waayeen eSIM kana fakkaata.

👍4
GRAPHICS DESIGN
*HUNDE ENTERTAINMENT*
#Entertainment_LOGO_design
#Photoshop
#Logo
#GFX_By
@michuugfx
@michuugfx
*HUNDE ENTERTAINMENT*
#Entertainment_LOGO_design
#Photoshop
#Logo
#GFX_By
@michuugfx
@michuugfx
#Carra_Barnoota_Bilisaa
Carra Barnoota Bilisaa(#Ischolarship) Barattoota Shamarranii Umuriin Isaanii 18-24 taataniif, Ministeerri Barnootaa Dhaabbata biyya Raashiyaatti argamu ’Special Economic Zone "Alabuga" jedhamu barattoota Shamarranii fedhii qabaniifi umuriin isaanii waggaa 18-24 gidduu jiraniif Carraa Leenjii waan mijeesseef barattoonni shamarranii fedhii qabdan hanga Sadaasa 02/2015 hanga sa'a 6:00tti galmaa'uu kan dandeessan ta'uun ibsameera.
Galmaa'uuf Hidhaa(#linkii) asii gadii cuqaasa!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
(https://forms.gle/zsFV5HqVoGDufr2v8)
Ministeera Barnootaa

Google has awarded a researcher $70,000 for reporting a security vulnerability that can be exploited to bypass the lock screen on all Pixel smartphones.
Source - The Hacker News
@samitecno
@samitecno
Source - The Hacker News
@samitecno
@samitecno
📍lakkofsa icciti bilbiloota android 🔐
1. End call power
code:- *#*#7594#*#*
2. File copy for creating backup code:- *#*#273283*255*663282*#*#
3. Format android phone code:- *2767*3855#
4. Phone camera update code:- *#*#34971539#*#*
- Update camera firmware in image
- Update camera firmware in SD card
- Camera firmware version
- Firmware update count
5. Phone information code:- *#*#4636#*#*
6. Factor data reset code:- *#*#7780#*#*
7. Service mode code:- *#*#197328640#*#*
*#*#232338#*#* show Wi-Fi Mac address
*#*#1472365#*#* GPS test
*#*#1575#*#* another GPS test
*#*#232337#*#* show Bluetooth device
*#*#232331#*#* bluetooth test
- Firmware version information code:
*#*#4986*2650468#*#*
*#*#1234*#*# PDA and phone
*#*#1111#*#* FTA SW version
*#*#2222#*#* FTA HW version
- Code to launch various factory test
*#*#0283#*#* Packet loop back
*#*#*0*#*#* LED test
*#*#0673#*#* or *#*#0283#*#* melody test
*#*#0842#*#* Device test (vibration and backlight test)
*#*#2663#*#* Touch screen version
*#*#2664#*#* Touch screen test
*#*#0588#*#* Proximity sensor test
*#*#3264#*#* RAM
Code baayyeen bilbiloota #Samsung irraatti hojjetu
✅ codin hundi bilbiloota hundaarraatti hojjechuu dhiisu danda'a
📢: ✅our abilities limitless
@samitecno
@free_ict_group
⚡️Share And Support Us.

⌨️ Button Function On The keyboard ...
Ctrl + A : Select All
Ctrl + B : Bold
Ctrl + C : Copy
Ctrl + D: do
Ctrl + E : Center Alignment
Ctrl + F : Find
Ctrl + G : Go To
Ctrl + H : Replace
Ctrl + I : Italic
Ctrl + J : Justify Alignment
Ctrl + K : Insert Hyperlink
Ctrl + L : Left Alignment
Ctrl + M: Incrase indent
Ctrl + N : New
Ctrl + O: open
Ctrl + P : Print
Ctrl + Q: normal style
Ctrl + R : Right Alignment
Ctrl + S : Save / Save As
Ctrl + T : Hanging Indent
Ctrl + U : Underline
Ctrl + V : Paste
Ctrl + W : Close
Ctrl + X : Cut
Ctrl + and: redo
Ctrl + with: undo
Ctrl + 1 : Single Spacing
Ctrl + 2 : Double Spacing
Ctrl + 5 : 1,5 lines
Ctrl + Esc : Start Menu
~ F1: running the help function provided on word
~ F2: change name of a file / folder
~ F3: running the order of autotext
~ F4: repeat the previous order
~ F5: running find and replace order or goto
~ F6: running orders of other panes
~ F7: memeriksaan offenses tap and text spelling
(spelling)
~ F8: beginning of highlighting command / text
selection or object
~ F9: Mengupdate Field (Mail Merge)
~ F10: activate the menu
~ F11: entering the next field (mail merge)
~ F12: activate the us save dialogue
~ ESC: Canceling Dialogue command
~ Enter: carry out a choice or end a paragraph
~ Tab: moving text according to the existing tab sign on horizontal ruler
~ Windows: the start of the start menu
~ Shortcut: activate shortcut in cursor position
~ Delete: Remove 1 characters on the right side of the cursor
~ Backspace: Deleting 1 characters on the left side of the cursor
~ Insert: Menyisip character in cursor position
~ Home: moving cursor position to the beginning of the line
~ End: moving cursor position to the end of the line
~ Page Up: rolling the screen up
~ Page Down: rolling the screen down
~ Up: MOVING THE CURSOR 1 rows up
~ Down: MOVING THE CURSOR 1 rows down
~ Left: MOVING CURSOR 1 characters to the left
~ Right: MOVING THE CURSOR 1 characters to the
right
~ Num Lock on: typing function numbers and active
math operators
~ Num Lock off: Active Navigation button function
- Shift + F10: Open The Shortcut Menu, just like clicking right
- Alt: button emphasis that is not combined with other buttons only
Work to activate or start the use of bar menu
- Shift + Delete: delete the selected item permanently
without putting items In the recycle bin
- Ctrl + Right Arrow: moving the! insertion point to the beginning of the next word
- Ctrl + Left Arrow: moving the insertion point to the beginning of the previous word
- Ctrl + Down Arrow: moving the insertion point to the beginning of the next paragraph
- Ctrl + Up Arrow: moving the insertion point to the beginning of the previous paragraph
- Alt + F4: closing active items, or out of active program
- Alt + Enter: Display Properties of selected objects
- Alt + Spacebar: open the shortcut menu for active windows
- Ctrl + F4: close active documents in programs that allow you
To have some documents that are open at the same time
- Alt + Tab: switch between open items
- Alt + ESC: cycle through items in open order
- Ctrl + shift + Tab: move backward through the tab
- Shift + Tab: move backward through choice
▣ Version 2:
➩ CTRL + C (Copy)
➩ CTRL+X (Cut)
➩ CTRL+V (Paste)
➩ Ctrl+Z (undo)
➩ Delete (delete)
➩ Shift+Delete (remove the selected item permanently without putting items in recycle bin)
▣ Ctrl while drag (drag) an item (copy selected item)
▣ Ctrl + shift while dragging items (make a shortcut
to the selected item)
▣ F2 Button (change the selected item name)
▣ Ctrl + Right Arrow (moving the insertion point
(Cursor) to the beginning of the next word)
▣ Ctrl + Left Arrow (moving the insertion point
(Cursor) to the beginning of the previous word)
▣ Ctrl + Down Arrow (moving the insertion point
(Cursor) to the beginning of the next paragraph)
▣ Ctrl + Up Arrow (moving the insertion point
(Cursor) to the beginning of the previous paragraph)
▣ Ctrl + shift with one of the arrow key (highlight
text block)
📢: ✅our abilities limitless
📤-> @samilearn:↩️
📣: @samitecno

👍3👏2❤1