Chaayinaalii Hojii Giraafiksii Afaan Oromoon bifa haaraan qabatee as ba.edha Join gochuun hiriyoota keessaniif qoodaa
@michuugfx
@michuugfx
@michuugfx
@michuugfx
@michuugfx
@michuugfx
Videon akkaata DV-2024 bilbila keenya qofa fayyadamnee haala salphaa ta'een baasii tokko malee DV-2024 guutuu dandeenyu akka hojjetamu yoo barbaaddan ๐ tuqaa. Hin hojjetamiin kan jettan yoo ta'e immoo โค๏ธ tuqaa
Yaadaa fi garee sagalee caalmaa qaburratti hundoofnee dalgna
Chaayinaalii kessan MICHUU GFX

๐2
Nama jaba ta'uudhaf gonkuma yeroon sitti hin barfaanne.
It is never too late to decide to become a better person.
๐ฃ@samitecno
๐ซ@free_ict_group

AKKAMITTI DV LOTTERY 2024 GUUTUU DANDEENYA?
๐ Ulaagaaleen barbaachisanis maalidha? Iyyatni keenya akka hin kufneef of eeggannoowwan nuti gochuu qabnu hoo maali kan jedhuu fi wantoonni kanaan wal qabatan maxxansa kana keessatti haala bareedaadhaan ibsamee jira waan taheef seeraan dubbisaati fedhii kan qabdan taanaaan foormii qophaaโe irratti odeeffannoo keessan guutuun carraa keessan yaalaa.
Akkuma beekamu DV lotteryโn carraa waggaa waggaan biyyoonni addunyaa hedduun foormii online irraan erga guutanii carraa isaani yaaluun visa jireenyaa biyya America kan itti argataniidha.
Biyyoota garagaraa irraa carraa kana namoota hedduutu gutuu barbaada, sababa garagaraa irraa kan kaโe garuu biyyoonni dhorkaman ni jiru, biyya keenya keessatti foormii kana guutuun eyyamamaadha. Egaa akka addunyaatti namoonni hedduun ulaagaa jara irraa eegamu foormii qophaaโe irratti guutuun iyyata isaanii ergatu.
Garuu namoota hedduudhaaf foormiin isaan guutan kun sababoota dogongora qabuuf osoo carraaf hin darbin callallii jalqabaa irratti jalaa kufa. Namoota calallii darban keessaa akka addunyaatti kan carraa kana argatan waggaatti namoota 55,000 dha. DV bara kana jechuunis kan 2024 yeroon itti guutamu, October 5, 2022 irraa eegaluun hanga November 8, 2022 tti tura.
DV kana Guutuuf ulaagaalee akkamiitu nu barbaachisa?
1ffaa: Namni carraa kana yaaltan biyyi isin irraa guuttan sun biyya akka guutaniif eeyyamame keessa tokko taโuu qaba. Biyyoonni akka Brazil, Canada, India, Colombia,China fi kanneen biroo keessatti sababii isaan waggoota shanan darban keessatti namoonni 50,000 ol taโan carrichatti fayyadamuun garas imalaniif akka guutanuuf hin eyyamamu. Karaa biraadhaanis ammoo nama haadha manaa(jaartii) qabdanu taatanii yoo jaartiin keessan biyya irraa guutuun eeyyamamaa taโe keessatti dhalatte, kan ishee fayyadamuun guutuu dandeessu. Dabalataanis yoo maatiin keessan biyya bira kan irraa guutuun itti eeyyamamu keessatti dhalatan kan isaanii fayyadamtanii guutuus ni dandeessu.
2ffaa: Akka carraa yoo filatamne, Viisaa kana argachuuf yoo xiqqaate barnoota sadarkaa lammaffaa xumuruutu nurraa eegama. Ykn ammoo barumsa ogummaadhaan (BLTO) yoo xiqqaate muuxannoo hojii waggaa lamaa waliin qabaachuutu nu barbaachisa.
3ffaa: Yeroo kenname fi website isa sirrii qofa fayyadamu qabna. Carraan gara jalqabaa irra guutamuu fi gara dhumaa guutuu tokko akka hin taane beekamaadha. Kanaaf hanga dandaโametti dafanii yaaluun filatamaadha. Kunis kan tahuu qabu October 5, 2022 irraa kaasee hanga November 8, 2022 ttti dha.
4ffaa: Inni biraan ammoo, namni tokko siโa tokko qofa guutuu qaba. Kana malee namni tokko irra deddeebiidhaan guutuuf maqaa fi suura isaa jijjiiree yoo yaale ni kufa. Foormiin isaas guutumma guutuutti fudhatamummaa hin qabaatu.
5ffaa: Passport osoo qabaate irra filatamaadha. Dv 2024 kana irratti garuu namni passport hin qabnes guutuu dandaโa. Akka carraa filatamnee jennaan garuu dirqama nu barbaachisa.
6ffaa: Yeroo guuttan Email account keessan fayyadamuun baayโee filatamaadha, sababiin isaas karaan isaaniin wal qunnamu dandeessan email dhaani waan taโeef. Dabalataanis yoo filatamtan odeeffannoon guutuu waayee filatamuu keessanii ibsu karan ittiin isin qaqqabuu email keessaniinidha. Hanga ammaatti email account hin qabdanu taanaan maxxansa keenya kanakkamittiin email account banachuu dandeenya jedhu dubbisuun ammuma banadhaa.
Wantoota ijoo yeroo DV guuttan calallii darbuuf irratti xiyyeeffachuu qabdan:
1.Maqaa: Maqaan keessan afaan ingiliffaan taโuu qaba. Akkasumas passport kan qabdanu taanaan akkaataa maqaa passport fi waraqaalee ragaa kanneen biroo irratti barraaโee jiruun wal-fakkaachuu qaba.
2. Guyyaa dhalootaa: Baatii, guyyaa fi waggaa itti dhalattan gara gregorian calendar(ALA) tti jijjiiruun akkaataa kaardii dhalootaa keessaniin wal simuu dandaโu gochuun guutuu qabdu.
3.Suuraa: Asirratti suuraan xiyyeeffannoo guddaa barbaada, wantoota foormii keenyaa kufaa taasisan keessaa inni tokko dogongora suuraati. Ulaagaa mataa isaa eeggachuu qaba.
ITTI FUFAA...
Join & share gochuu hin dagatina

Haaluma kanaan suuraan keessan iskuweerii tahuu qaba. 600ร600 px gadii fi 1200ร1200 px ol tahuu hin qabu. Size isaa 240 kB (kilobytes) caaluu hin qabuu. Background isaa adii, fuulaa guutuu mullisuu, koofiyyaa malee, eye glasses fi wantoota garagaraa ofirraa qabaachuu hin qabu. Kan yeroo dhihoo asitti (jiโa 6 asitti) kaatan tahuu qaba.
4.Siโa tokkotti guutuu. Erga foormicha guutuu eegaltii hanga xumurtanitti online irraa baโuu hin qabdani. Sababni isaan baatani yeroo deebitan fuulli sun yoo isin jala bade yeroo lama akka waan guuttanitti waan fudhatuuf isin jalaa kuffisa.
5.Odeefannoo ol kaayachuu: Erga foormicha guutuun xumurtanii submit gotanii booda barreeffama Confirmation isaa isinii ergamu sana screenshot ykn pdf dhaan print gootanii ol kaawwachuu qabdu.
Carraa DV lottery 2024 yaaluuf marsaariitii ykn website armaan gadii fayyadamuu qabdu. Sana booda steeppiiwwan eeraman hordofuun guutaa.
dvprogram.state.gov
Steeppiwwan armaan gadii hodofuun DV bara 2024 haalan guutuu dandeessu:
1. Jalqaba link websiticha cuqaasuun gara home page deemaa.
2. Xiqqoo gadi buโuun gara gadiirraaBegin Entry kan jedhu irratti cuqaasaa.
3. Itti aansuun koodii walxaxaa siniif fida qubee sana sirriitti adda baasuun, qubee guddaa fi xiqqaa illee ilaaluun bakka duwwaa jala jiru irratti barreessun submit jedhaa.
4. Amma kallattumaan gara foormii odeeffannoo keessan irratti guuttanuutti isin geessa.
Haaluma armaan olitti eerameen egaa odeeffanno keessan maqaa irra eegaltanii guutuu jalqabuu dandeessu. Abbaa carraa Dv lottery 2024 akka taatanu gamanumaan hawwii qabnu isiniif ibsina.
dvprogram.state.gov
5 thoughts on โDV Lottery Bara 2024 October 5 Irraa Jalqabuun Guutuun Eegalameeraโ
Join fi share gochuu hin dagatina

๐1
Self-love is the highest frequency that attracts everything you want.
@samtecno
@free_ict_group
#motivationday
@samtecno
@free_ict_group
#motivationday
DV-2024
#Success!
Akkaataa kanaan na fudhatee confirmation code naa ergee jiraa. Namoonni akka siniif guutamu barbaaddan @jesper12 irratti nuu quunnamaa. Akkaataa itti guutaan video isaa hojjennee waan jiruuf akka lakkifamu yoo feetan chayinaalii keenya @michuugfx fi group keenya @michuugfxchat Join Share godhaa nu bira dhaabadhaa. Media keessan #MICHUU_GFX IRRAA

#Course gaggabaaboo bilisaan online irratti namoota fudhachuu barbaaddaniif: #Harvard_University irraa
Liinkii armaan gadiin galuun galmooftanii hordofuu dandeessu.
https://pll.harvard.edu/catalog/free
Odeeffannoowwan Teeknooloojii wayitawaan yeroon yeroon akka isin qaqqabuuf channel keenya join gochuu hindagatinaa.
JOIN AND SHARE
๐๐๐๐๐๐
@samitecno

๐คทโโ๐คทโโeSIM maali, akkamiin hojjeta?
๐Ethio telecom tajaajila bilbilaa SIM kaardii amma dura beeknuun malee fayyadamuu dandeessisu #eSIM jedhamu dhiyeenya kana beeksiseera.
๐Fayyadamtoonnis wiirtuu tajaajilaa magaalaa Finfinnee keessatti argamu qaamaan dhaqanii tajaajila kana argachuu akka dandaโan dhaabbattichi kan beeksise oggaa tahu, dhiyeenyas magaaloota biyyattii hundatti akka babalโatu himeera.
eSIM maali?
๐Waaโee eSIM ilaaluu keenyaan dura isa amma dura hundi keessan beektan โSIM kaardiiโ haa ilaallu.
๐Jechi SIM jedhu gabaajee โsubscriber identity moduleโ kan bakka buโu ennaa tahu, kaardii pilaastikaa bicuu bilbila mobaayilaa keenya keessa galchinudha.
๐Odeeffannoo keenya kanneen akka lakkoofsa bilbilaafi kan biraa of keessatti qabatee kan kuusu ennaa tahu, bilbila simachuufi bilbiluuf akkasumas daataa intarneetaa akka itti fayyadamtan isin gargaara.
๐SIM kaardonni bara 1991tti hangisaanii kireedit kaardii gahu turan, waggaa shan booda xiqqaachaa dhufuun โminiโ [xiqqoo] tahanii dhufan.
๐2003tti kaardiin hangaan xiqqaa tahe โMicro Simโ jedhamu, oomisha iPhone 4 wajjin walitti hidhachuun as bahe. 2012tti ammoo Sim kaardiin โnanoโ jedhamu hojiirra oole.
๐eSIM kan jennu ammoo sim kaardii amma dura harkaan qabannee bilbila keenyatti galchinu kan hambisu wayita tahu, tajaajila SIM amma dura jiru kennuun garuu adda miti.
๐Kaardii pilaastikaa amma dura beeknu teknooloojin bakka buโu kun, bilbiloota harkaa keessatti durumayyuu kan itti midhaassamee (embedded tahee) dhufudha. Dijitaala waan taheef, akka isa duraatti bilbila tokko keessaa baastee, kan biraatti hin galchitu.
๐Teknoolojiin kun boordii bilbila ammayyaawaa tahan keessatti walitti maxxanee kan hojjetamu ennaa tahu, softiweerii fayyadamuunis fagoorraa toโatamuu dandaโa.
๐Odeeffannoo achirra jirus akka haaraatti deebisanii tolchuun ni dandaโama. Kunis dhaabbata dhiyeessaa tajaajilaa isa tokkorraa isa kaanitti, SIM qabdan otoo hin baasin geeddaruu dandeessu yookaan tajaajila dhaabbata biraa itti dabaluu dandeessisa.
๐Kana malees bilbila tokkoon sarara/lakkoofsa bilbilaa garagaraa qabaachuu teknoolojii dandeessisudha.
#Bilbiloota_akkamiin_fayyadamuu_dandeenya?
๐Bilbiloonni Galaxy Pixel bara 2017 irraa jalaqabee eSIM fayyadamu turan, bilbiloonni Apple ammoo 2018 irraa eegalee fudhachuu eegalan.
๐Bilbiloonni Samsung eSIM kan simatan tahus, gosa hunda miti.
Fakkeenyaaf: Samsung Galaxy S20, S21, S22โฆ kanneen sadarkaa walfakkaataa keessa jiran kaan eSIM keessummeessuu dandaโu.
Gama iPhone ammoo: iPhone XR, XS, 11โฆ irraa eegalee isaa ol kan jiraniin tajaajilicha argachuu dandeessu.
Kana malees bilbiloonni Google Pixel, Huawei, Motorola fi Oppo modeelonni sadarkaa olaanaarra jiran gariin keessatti argamu.
๐Dhiyeenya kana Itoophiyaatti hojii telekoomii kan eegale Safaricom, ammaaf tajaajilli isaa magaalota muraasa keessa tahus, tajaajila eSIM akka eegalchiisus ni eegama.
๐Biyya ollaa Keeniyaatti maamiltoota hedduu kan qabu Safaricom, tajaajila eSIM Waxabajjii 2021 keessa ture kan eegalsiise.
ITTI FUFA.....
Odeeffannoowwan Teeknooloojii wayitawaan yeroon yeroon akka isin qaqqabuuf channel keenya join gochuu hindagatinaa.
JOIN AND SHARE
๐๐๐๐๐๐๐๐๐

๐6
KAN ITTI FUFE
Kutaa 2ffaa
#Faayidaan_eSIM_maali?#Miidhaa_hoo_qabaa?
๐eSIM (embedded SIM) faayidaawwan adda addaa qaba.
Bilbilli keessan eSIM kan simatu taanaan, akkasumas bakka kaardiin itti galu qabaannaan, abbaa sarara bilbilaa lama taatu jechuudha.
๐Bilbiloonni dura SIM kaardii lama fudhachuu dandaโan akkuma jiranitti, bilbiloonni eSIM fudhatan garuu hanga sarara tajaajilaa shanii galmeessisuu dandaโu.
๐Faayidaan eSIM inni biraan, networkii tokkorraa isa biraatti jijjiiruu barbaannaan SIM kaardii haaraa bituun isinirraa hin eegamu.
Biyyoota tokko tokkotti kan gochuuf dhiyeessaa tajaajila networkiif bilbiluun dirqama ennaa tahu, gama onlines xumuruun ni dandaโama.
Fakkeenyaaf Safaricom irraa Ethio telecomโtti jijjiiruu barbaaddu taanaan, sim haaraa bituun otoo isinirraa hin eegamin geeddaruu dandeessu.
Keessattuu namoota biyya tokkoo biyya biraatti deddeebiโaniif, lilmoo barbaadanii kaardii baasanii galchuurraa isaan oolcha.
๐Gama nageenyaan ammoo hattoonni kaardicha baasanii odeeffannoo keessan akka hin saamne ittisa.
Haatahu malee akkasuma eSIM miidhaas qaba.
๐Fakkeenyaaf bilbilli keessan hojjechuu yoo dide, akkuma duraanii sim kaardii keessaa baastanii bilbila biraatti galchuu hin dandeessan.
๐Miidhaan eSIM inni ijoo salphumatti hordofamuu ykn โtrackโ godhamuu keenyadha.
Kana jechuunis mootummaas tahe dhaabni tokko sim kaardii keenya fayyadamuun na hordofaa jira jechuun, sodaa qabna taanaan, kun yaaddessaadha.
๐ Yeroo baayyee namoonni barbaadaman akka teessoon jaraa hin baramneef jecha sim kaardicha bilbila isaanii keessaa baasanii gatu. Haatahu malee eSIM gargaaramtu taanaan, bilbila keessan guutummaasaa yoo gattan malee, kana gochuu hin dandeessan.
๐Namni eSIM fayyadamu dhaabbilee tajaajila dhiyeessaniin salphumatti hordofamuu dandaโa. SIM kaardii amma jiruun โtrackโ godhamuu hin dandeessanu jechuu miti. Garuu isa sana caalaa hordofamuu dandeessu.
Egaa gabaabumattii waayeen eSIM kana fakkaata.

๐4
GRAPHICS DESIGN
*HUNDE ENTERTAINMENT*
#Entertainment_LOGO_design
#Photoshop
#Logo
#GFX_By
@michuugfx
@michuugfx
*HUNDE ENTERTAINMENT*
#Entertainment_LOGO_design
#Photoshop
#Logo
#GFX_By
@michuugfx
@michuugfx
#Carra_Barnoota_Bilisaa
Carra Barnoota Bilisaa(#Ischolarship) Barattoota Shamarranii Umuriin Isaanii 18-24 taataniif, Ministeerri Barnootaa Dhaabbata biyya Raashiyaatti argamu โSpecial Economic Zone "Alabuga" jedhamu barattoota Shamarranii fedhii qabaniifi umuriin isaanii waggaa 18-24 gidduu jiraniif Carraa Leenjii waan mijeesseef barattoonni shamarranii fedhii qabdan hanga Sadaasa 02/2015 hanga sa'a 6:00tti galmaa'uu kan dandeessan ta'uun ibsameera.
Galmaa'uuf Hidhaa(#linkii) asii gadii cuqaasa!
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
(https://forms.gle/zsFV5HqVoGDufr2v8)
Ministeera Barnootaa