COD-ETยฎ
20.3K subscribers
612 photos
31 videos
122 files
531 links
#COD-ET ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น

๐Ÿ’ป Code โ€ข Learn โ€ข Build
๐Ÿš€ Ethiopiaโ€™s growing developer community

๐ŸŽฏ Tech tips | ๐Ÿ’ก Learning | ๐ŸŒ Web & Apps | ๐ŸŽจ Design | ๐Ÿ’ผ Online opportunities

We build. We learn. We grow. Together.

Smart Code. Smart Security. Ethiopian Soul
Download Telegram
#Interneetii

Itiyoophiyaan biyyoota Afrikaa #Sahaaraa_gadii keessaa gama interneetii gatii xiqqaan dhiyeessuudhaan sadarkaa 10ffaa irra jirti.

Qorannoo dhaabbata Biriteen "Cable.co.uk" gaggeesseen biyyoota 233 keessatti gatii kuufama daataa moobaayilaa 5,292 xiinxaluun bara 2022tti biyyoota daataa moobaayilaa gatii salphaa fi qaala'aan dhiyeessan tarreessuun ifoomseera.

Gabaasni kun biyyoota hunda keessatti baasii daataa moobaayilaa giigaabaayitii 1 (1GB) ilaaleera. Akka gabaasa kanaatti, walumaa galatti biyyoonni Afrikaa Sahaaraa gadii gatii daataa(kuufama interneeti) moobaayilaa qaalaโ€™iinsaan dhiyyeessuun sadarkaa 2ffaa irra jiru.

Haa ta'u malee qorannoon kun akka agarsiisutti biyyoota 50 gatii salphaadhaan interneetii dhiyeessan keessaa biyyoonni Sahaaraa gadii 5 hammatamuu danda'aniiru.

Biyyoota Sahaaraa gadii 5 kanneen daataa interneetii gatii salphaa qaban, tartiiba:

๐Ÿ‡ฌ๐Ÿ‡ญ Gaanaa giigaabaayitii 1 doolaara 0.61'n
๐Ÿ‡ธ๐Ÿ‡ด Somaaliyaa giigaabaayitii 1 doolaara 0.63'n
๐Ÿ‡ณ๐Ÿ‡ฌ Naayijeeriyaa giigaabaayitii 1 doolaara 0.71n
๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ฟ Taanzaaniyaa giigaabaayitii 1 doolaara 0.71n
๐Ÿ‡ธ๐Ÿ‡ฉ Sudaan giigaabaayitii 1 doolaara 0.75n
.
.
.
๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น Itoophiyaan tarree kana keessatti hammatamtee jirti; Gatii xiqqaadhaan interneetii dhiyeessuudhaan biyyoota Sahaaraa gadii keessaa sadarkaa 10ffaa, addunyaa irraa ammoo sadarkaa 73ffaa irratti argamti.

Akka qorannichaatti Itiyoophiyaatti gatiin daataa Interneetaa giigaabaayitii 1 gara Doolaara 1 ykn naannoo Birrii 52 ta'a.

Israaโ€™el biyya gatii salphaadhaan interneetii giigaabaayitii 1 doolaara 0.04'n dhiyeessitu yoo taatu,

Kaaba atilaantikitti biyyi argamtu Seent Heeleenaan ammoo biyya qaaliidhaan dhiyeessitudha. (interneetii giigaabaayitii 1 doolaara 41.06'n dhiyeessiti.

Odeeffannoowwan Teeknooloojii wayitawaan yeroon yeroon akka isin qaqqabuuf channel keenya join gochuu hindagatinaa.
JOIN AND SHARE
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž @samitecno๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž @samitecno๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž @samitecno๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž

#free_ict_group
๐Ÿ‘ŒTajaajila furtuuwwan F1 โ€“ F12

Irra keessoo kiiboordii computer keenyaa irratti F1 - F12 furtuuwwan jiran #function_key jennaan. Yeroo baayyee furtuuwwan kaan waliin qindoominaan walfaana akka shortcut tti itti gargaaramna.

Furtuuwwan kun akkaataa gosa #operating_system fi #software fayyadamnutti faayidaan isaanille garaagari.


๐Ÿ‘‰F1:  Yeroo baayye kan nuti itti fayyadamnu gargaarsa wayita barbaannutti dha.

Software hedduu irratti wayita F1 cuqaasnu #Help center nuuf baasa.

Wayita computer boot godhuttimmoo BIOS setup seenuuf nu gargaara.

Ms word irratti windows + F1 walfaana cuqaasuun Microsoft windows Help and support nuuf baasa.

๐Ÿ‘‰ F2: icon , file , ykn folder filatamee jiru #rename gochuuf gargaara

Ms word irratti Alt + Ctrl + F2 cuqaasuun open document seenna.

Ms excel irratti active cell #edit gochuuf gargaara.

Kompiitaraa tokko tokko irratti BIOS setup seenuuf gargaara

๐Ÿ‘‰ F3: Yeroo desktop irratti F3 cuqaasnu search window ni banama.

MS Word keessatti jecha tokko filannee Shift+F3 yoo cuqaasne qubeen jecha filatame waliin jiru qubee guddaa ta'a ykn qubeen jalqabaa qubee guddaa ta'a.

๐Ÿ‘‰ F4: Microsoft Word keessatti F4 Yoo cuqaasnu waan yeroo dhumaaf hojiirra oolchine irra deebi'a.

Ctrl + F4 browser keenya keessatti #tab tokkoo ol banamee yoo jiraate tab ammaa qofa cufa.

Alt + F4 yoo cuqaasne browser guutummaatti cufa.

๐Ÿ‘‰ F5: Browser amma banamee tajaajila irra jiru haaromsa #refresh

Microsoft PowerPoint irratti #Slideshow jalqaba.

Microsoft Office keessatti Find window and Replace nuuf bana.

๐Ÿ‘‰ F6: Screen addaan baasuun gara fuula itti aanutti deema.

Yoo Tab Microsoft word tokkoo ol banaa qabaattan Ctrl + Shift + F6 cuqaasuun gara Tab Microsoft itti aanutti sin ceesisa.

๐Ÿ‘‰ F7: Microsoft Word irratti spelling fi grammar check gochuuf gargaara.

Microsoft word irratti Shift + F7 cuqaasuun Tab Thesaurus ni bana, kunis Hiikaa, caaslugaan sirreessuu fi qubeedhaaf kan ooludha.

๐Ÿ‘‰ F8: Windows'n kompiitara keenyaa yeroo boot ta'u Menuu Jalqabaa seenuuf fayyadama.

Excel keessatti, furtuuwwan xiyyaa dheeressuudhaaf gargaara.

Windows #safe_mode dhaan seenuuf nu gargaara.

๐Ÿ‘‰ F9: Document Word keessa jiran ni haaromsa.

Ctrl + F9 Word keessaa gara fuula duwwaa nu galcha

๐Ÿ‘‰ F10: Barruu menu bana

Ctrl + F10 Ms Word keessatti window guddisa

Shift + F10 akka cuqaasaa mirgatti itti gargaaramnu dandeenya.

๐Ÿ‘‰F11: Browser keessatti Tab nuti arginu screen computer keenyaa guutummaatti guuta (Full screen) gochuuf gargaara.

Shift + F11 Excel keessatti gabatee haaraa dabalataan bana.

๐Ÿ‘‰ F12: Microsoft Word keessatti window Save as jedhu nu bana.

Pc tokko tokko irratti ammo akk boot key tti gargaara.

๐Ÿ‘‰Ctrl + Shift + F12 Ajajoota maxxansuu ykn print ajajuuf gargaara.

๐Ÿ‘‰Shift + F12 galmee Word save godha(akkuma Ctrl +S)

๐Ÿ‘‰ Ctrl + F12 Word dhaan document haaraa bana

Odeeffannoowwan Teeknooloojii wayitawaan yeroon yeroon akka isin qaqqabuuf channel keenya join gochuu hindagatinaa.
JOIN AND SHARE
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž @samitecno๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž @samitecno๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž @samitecno ๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž

@free_icy_group
โค1
BARRI DHUFU KUN AKKA ISIIN YADDANITTI OSOO HIN TAANE KAN YADDANII OLITTII ISIINIF HAA TA'U!!!

@samitecno
3 tips that can change your life:

1) Never reply when you are angry.

2) Never make a promise when you are happy.

3) Never make a decision when you are sad.

โœจ @samitecno

#Motivation_day
โค1
Kutaa 12ffa
#ramaddii barattoota qormaata seensa university
Forwarded from ABDII SABAA
#kutaa_12ffaa
#Ramaddii
Adama Science and Technology University

Adama Town (All Schools)
Batu Town (All Schools)
Holeta Town

Eastern Shewa Zone (Zoonii Shawaa Bahaa)
๐Ÿ•”Bako tibe
๐Ÿ•” Dano
๐Ÿ•”Cheliya
๐Ÿ•”Elugalan
๐Ÿ•”Midakegn

๐Ÿ”—Tota 10,781 Social Science Students and 6544 Natural Science Students

๐Ÿ“ Intake Capacity==8792

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
๐Ÿ“นYOUTUBE๐Ÿ“น
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

๐Ÿ“กMIIDIYAA๐Ÿ“ก
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA

๐Ÿ“ฉYaada๐Ÿ“ฉ
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
Forwarded from ABDII SABAA
#kutaa_12ffaa
#Ramaddii

Ambo University

Ambo University has 4 Branches

1. Branch --Ambo Guder Cumpas

Intake Capacity==2940

๐Ÿ“ŽGalanTown (All Schools)
๐Ÿ“ŽWellega East (Guto Gida)

๐Ÿ“ŽUnder Horro Guduru
๐Ÿฉน Guduru
๐ŸฉนHababo Guduru
๐ŸฉนHorro buluk
๐Ÿฉน Chomen Guduru

Total 3408 Social Science Students and 2141 Natural Science Students


2. Branch --Ambo Hachalu Cumpas

Intake Capacity==7140


๐Ÿ•”West Wellegga(Gulliso)

โœ…Under H/Guduruu
๐Ÿฉน Abe dongoro
๐Ÿฉน Amuru
๐Ÿฉน Jerga jete
๐Ÿฉน Jimma Ganate
๐Ÿฉน Jimma Rare

โœ… แ‰  Wellegga East แˆตแˆญ
๐Ÿฉน Ibantu
๐Ÿฉน Kiramu
๐Ÿฉน Haro Limu
๐Ÿฉน Limu


Total 9580 Social Science Students and 4993 Natural Science Students


3. Branch --Ambo Main Cumpas

Intake Capacity==5640

โœ… แ‰  West Wellegga แˆตแˆญ
๐Ÿฉน Lalo Asabi
๐ŸฉนHaru
๐ŸฉนLeta sibu
๐Ÿฉน Homa
๐Ÿฉน Jarso
๐Ÿฉน Kiltu Kera
๐ŸฉนKondala


Total 7251 Social Science Students and 3312 Natural Science Students

4. Branch --Ambo Waliso Cumpas

Intake Capacity==2756


โœ… แ‰  East Wellegga แˆตแˆญ
๐Ÿฉน Wama galo
๐Ÿฉน Wayu Tuka
๐Ÿฉน Gobu sayo
๐Ÿฉน Guto Gida
๐Ÿฉน Kiramu
๐Ÿฉน Sibu sire

Total 3578 Social Science Students and 3387 Natural Science Students

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
๐Ÿ“นYOUTUBE๐Ÿ“น
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

๐Ÿ“กMIIDIYAA๐Ÿ“ก
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA

๐Ÿ“ฉYaada๐Ÿ“ฉ
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
Forwarded from ABDII SABAA
#kutaa_12ffaa
#Ramaddii

Jimma University

Jimma University has 3 Branches

1. Branch --Jimma Main Cumpas

Intake Capacity==10579

โœ… From Wellegga East
โœ… From Illu

โœ… Jimma Town

Total 12,935 Social Science Students and 6704 Natural Science Students


2. Branch --Jimma Agriculture Cumpas

Intake Capacity==1500

โœ… From Buno Badele

โœ… From Jimma Zone

Total 1929 Social Science Students and 920 Natural Science Students


3. Branch --Jimma Technology Cumpas

Intake Capacity==8800

โœ… From Buno Badale
โœ… From Ilu
โœ… From Jimma

Total 11,132 Social Science Students and 6317 Natural Science Students

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
๐Ÿ“นYOUTUBE๐Ÿ“น
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

๐Ÿ“กMIIDIYAA๐Ÿ“ก
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA

๐Ÿ“ฉYaada๐Ÿ“ฉ
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
Forwarded from ABDII SABAA
#kutaa_12ffaa
#Ramaddii

Bulehora University

Bulehora Yunivarsitiitti Barattoota qormaataman๐Ÿ‘‡

Intake Capacity===14150

โœ…West Guji Zone
๐Ÿ”ญBulehora
๐Ÿ”ญ Birbirsa Kajowa
๐Ÿ”ญ Abaya
๐Ÿ”ญDugda Dawa
๐Ÿ”ญGalan
๐Ÿ”ญKercha
๐Ÿ”ญ Melka Soda
๐Ÿ”ญ Suro Bargado
๐Ÿ”ญHambela Wamena

โœ…Guji Zone
๐Ÿ”ญ Adola Shakiso
๐Ÿ”ญ Adola rede
๐Ÿ”ญ Adola Wayu Town
๐Ÿ”ญ Aga Wayu
๐Ÿ”ญ Galan
๐Ÿ”ญ Ardaa Jila Me'ee boku
๐Ÿ”ญ Girja
๐Ÿ”ญ Goro Dola
๐Ÿ”ญ Nagele Town
๐Ÿ”ญ Gumi Oldalo
๐Ÿ”ญ Odo Shakkiso
๐Ÿ”ญ Saba Boru
๐Ÿ”ญ Shakkisoo town
๐Ÿ”ญ Wadera

๐Ÿ—Walumaa-galatti Barattoota Saayinsii hawaasa 14831 fi Barattoota saayinsi Uumamaa 5540 Yunivarsitii Buleehoraatti qormaatamu.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
๐Ÿ“นYOUTUBE๐Ÿ“น
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

๐Ÿ“กMIIDIYAA๐Ÿ“ก
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA

๐Ÿ“ฉYaada๐Ÿ“ฉ
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
Forwarded from ABDII SABAA
#kutaa_12ffaa
#Ramaddii

Dambi Dollo University

Dambi Dollo Yunivarsitiitti Barattoota qormaataman๐Ÿ‘‡

Intake Capacity===4212

โœ…Kellam Zone
๐Ÿ”ญGawo Kebe
๐Ÿ”ญ Jimma Haro
๐Ÿ”ญ Jimma Horo
๐Ÿ”ญ Lalo Kile
๐Ÿ”ญ Sadi Chanka
๐Ÿ”ญ Seyo
๐Ÿ”ญ Yemalagi walal
๐Ÿ”ญ Suro Bargado
๐Ÿ”ญHambela Wamena


๐Ÿ—Walumaa-galatti Barattoota Saayinsii hawaasa 6612 fi Barattoota saayinsi Uumamaa 3907 Yunivarsitii Dambi Doollotti qormaatamu.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
๐Ÿ“นYOUTUBE๐Ÿ“น
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

๐Ÿ“กMIIDIYAA๐Ÿ“ก
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA

๐Ÿ“ฉYaada๐Ÿ“ฉ
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
Forwarded from ABDII SABAA
#kutaa_12ffaa
#Ramaddii

Dirre Dawaa University โ€ผ๏ธ

Dirree Dawaa Yunivarsitiitti Barattoota qormaataman๐Ÿ‘‡

Intake Capacity===9458

โœ…Hararge West
๐Ÿ”ญ Chiro town
๐Ÿ”ญ Daro Labu
๐Ÿ”ญ Doba
๐Ÿ”ญ Gammachis
๐Ÿ”ญ Guba koricha
๐Ÿ”ญ Ancher
๐Ÿ”ญ Badessa
๐Ÿ”ญ Boke
๐Ÿ”ญ Oda Bultum
๐Ÿ”ญ Burka Dimtu
๐Ÿ”ญ Chiro
๐Ÿ”ญ Habro
๐Ÿ”ญ Hawi Gudina
๐Ÿ”ญ Mi'eso
๐Ÿ”ญ Tul
๐Ÿ”ญShanan Dugo

๐Ÿ—Walumaa-galatti Barattoota Saayinsii hawaasa 8396 fi Barattoota saayinsi Uumamaa 2843 Yunivarsitii Dambi Dollotti qormaatamu.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
๐Ÿ“นYOUTUBE๐Ÿ“น
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

๐Ÿ“กMIIDIYAA๐Ÿ“ก
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA

๐Ÿ“ฉYaada๐Ÿ“ฉ
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
Forwarded from ABDII SABAA
#kutaa_12ffaa
#Ramaddii

Oda Bultum University โ€ผ๏ธ

Oda bultum Yunivarsitiitti Barattoota qormaataman

Intake Capacity===10140
     
      โœ… From East Arsi
      โœ… From Weast Arsi
      โœ… From Shoa East
      โœ… Shashemene Town๐Ÿ™„
                           
๐Ÿ—Walumaa-galatti Barattoota Saayinsii hawaasa 9973 fi Barattoota saayinsi Uumamaa 5521 Yunivarsitii Oda Bultumutti qormaatamu.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
๐Ÿ“นYOUTUBE๐Ÿ“น
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

๐Ÿ“กMIIDIYAA๐Ÿ“ก
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA

๐Ÿ“ฉYaada๐Ÿ“ฉ
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
โค1
Forwarded from ABDII SABAA
#kutaa_12ffaa
#Ramaddii

Oromia State University โ€ผ๏ธ

Intake Capacity===1560

โœ… From East Shoa
โœ… From West Arsi

Police University Total โ€ผ๏ธ

Intake Capacity===1058

โœ… From Finfinne Zuria (Sandafa)
โœ… Laga Tafo Town

Assosa University โ€ผ๏ธ

Intake Capacity===7310

โœ… From West Wellegga

Jigjiga University โ€ผ๏ธ

Intake Capacity===3254

โœ… From East Hararge

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
๐Ÿ“นYOUTUBE๐Ÿ“น
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

๐Ÿ“กMIIDIYAA๐Ÿ“ก
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA

๐Ÿ“ฉYaada๐Ÿ“ฉ
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
Forwarded from ABDII SABAA
#kutaa_12ffaa
#Ramaddii

Haramaya University โ€ผ๏ธ

Haramaya Yunivarsitiitti Barattoota qormaataman

1. Branch =Main Cumpas

Intake Capacity===16850

โœ… East Arsi
โœ… East Hararge
โœ… Sabeta Town
โœ… Burayu Town

Walumaa-galatti Barattoota Saayinsii hawaasa 17,511 fi Barattoota saayinsi Uumamaa 14,731 Yunivarsitii Oda Bultumutti qormaatamu.

2 Branch = Harar Cumpas

Intake Capacity =2198

โœ… Mojo Town
โœ… Dukam Town

โœ… East Hararge
๐Ÿ”ญHaramaya Town
๐Ÿ”ญ Gursum
๐Ÿ”ญHaramaya

Walumaa-galatti Barattoota Saayinsii hawaasa 2494 fi Barattoota saayinsi Uumamaa 1933 Yunivarsitii Oda Bultumutti qormaatamu.

1) Selale University =Abebech Gobana Cumpas
โœ… From North Shoa

2) Selale University =General Mamo Cumpas

โœ… From North Shoa
โœ… From Finfinnee zuria

3) Wolkite University

โœ… Woliso Town

4) Hawasa University =Main Cumpas

โœ… Bishan Gurracha

5) Arbaminch University

โœ… From Guji
โœ… From West Guji

1) Madda Wolabu University = Gobba Cumpas
โœ… From Baale

2) Madda Wolabu University = Robe Cumpas

โœ… From East Bale
โœ… From Arsi West
โœ… Robe Town

1) Madda Wolabu University = Sshashemane Cumpas

โœ… From Arsi West (Kore)

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
๐Ÿ“นYOUTUBE๐Ÿ“น
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

๐Ÿ“กMIIDIYAA๐Ÿ“ก
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA

๐Ÿ“ฉYaada๐Ÿ“ฉ
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
Forwarded from ABDII SABAA
Ramaddii barattoota kutaa 12ffaa bifa armaan oliin kan barreessee qindeesse #HAHU galatoomfachaa maxxansa kanatti aanuun Faayilaa guutummaa isaa kan isiniif gadhiisnu ta'a!

Gamanumaanis guyyaa borii miidiyaan @Abdii_Sabaa Ministeera barnootaa irraa jijjiiramni ramaddii barattoota kutaa 12ffaa kana irratti yoo jiraate gaafachuun deebii achi irraa argatee kan isiniin ga'u yommuu ta'u maxxansa armaan gaditti maxxansinu kun sirreeffamni kan taassifamuuf taanaan hatattamaan gamanumaan kan isin beeksisnu ta'a.

Barattoonni marti wanti isin hubachuu qabdan ramaddiin armaan olii kun ramaddii yuunivarsitiileef mariif qophaa'e yommuu ta'u jijjiiramni jiraachuu ni danda'a.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
๐Ÿ“นYOUTUBE๐Ÿ“น
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

๐Ÿ“กMIIDIYAA๐Ÿ“ก
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA

๐Ÿ“ฉYaada๐Ÿ“ฉ
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
โค2
You are stronger than you think.

@samitecno

#motivation
โค1
#Snipping_Tool

Windows 7, Windows 8, Windows 10, fi Windows 11 irraatti #screenshot kaasuun image file dhaan suuraa ol kaayuuf nu gargaara.

Itti fayyadamuufis search bar irratti snipping tool jechuun search godhaati wayita inni isiniif dhufutti open gochuun yoo feeten screen computer keessani guutuu isaa ykn ammoo kutaa screen keessan irraa kaasuu feetan qofa screenshot gochuun dhimma feetaniif itti gargaaramu dandessuu


Odeeffannoowwan Teeknooloojii wayitawaan yeroon yeroon akka isin qaqqabuuf channel keenya join gochuu hindagatinaa.
JOIN AND SHARE
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž @samitecno
โค1
Four steps to achievement:

โ€ข Plan purposefully
โ€ข Prepare prayerfully
โ€ข Proceed positively
โ€ข Pursue relentlessly

โœจ @samijesus

#Motivation