๐ ๐GETINTOPC๐ Website software feene kamiinuu kanneen kaffaltiin malee hin argamne free dhaan(kaffaltii malee) irraa argachuu dandeenyuudha.
Website baayyeen software crack tahan irraa buufannu kanneen akka #FileHippo, #CNET fikkf haa jiraatanu malee inni kun akka isaanii software irraa buufanne, install gochuuf #activation_code nu hingaafatu. Akkasumas fayyadamuufis illee salphaadha. Liinkii
๐๐๐๐๐๐๐
www.getintopc.com
Odeeffannoowwan Teeknooloojii wayitawaan yeroon yeroon akka isin qaqqabuuf channel keenya join gochuu hindagatinaa.
JOIN AND SHARE
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐ @samitecno๐๐
๐๐ @samitecno ๐๐

Yuunivarsiitoonni qormaata 12ffaaf kennuuf qophii isaan barbaachisu akka taasisan qajeelfamni kenname.
Yuunivarsiitonni qormaata 12ffaaf kennuuf qophii isaan barbaachisu akka taasisan qajeelfamni kennamuu, Ministeerri Barnootaa beeksiseera.
Dhaabbileen Barnoota Olaanoo hundi qormaata 12ffaaf kennuuf qophii isaan barbaachisu akka taasisan qajeelfamni kennamuu beeksiseera.
Qormaanni kuta 12ffaa kan bara 2015 Fulbaana 30 irraa eegalee kan kennamu taโuus beeksiseera.
Dabalataan Fulbaana 28 hanga Onkoloolessa 17,2015โtti mooraa Yuunvarsiitii hunduma keessatti barataan idilee kamiyyuu akka hin argamee fi bakka tursiisa qormaataa fi qophiin dhiyeessii nyaataa akka taasifamuus hubachiiseera. Ministeera Barnootaarraa odeeffanne.
For channel
@samitecno
@samitecno
For Group
@free_ict_group

โค1
Successful people have two
things on their "LIPS"
1.Smile,
2.Silence
->Smile can solve problems.
->Silence can avoid problems."
โจ @samitecno
#motivation_D
things on their "LIPS"
1.Smile,
2.Silence
->Smile can solve problems.
->Silence can avoid problems."
โจ @samitecno
#motivation_D
๐ฅ1
แตแฝแแแ
!
แแณแ 'แ แแฝแแ' แซแแญ แแญ แแ แ แตแฝแแแค 'แฅแฝแแแ'แ แซแแญ แแญ แแ แตแฝแแแ ! แแแ แ แแณแแ แแ! แแตแฅแ แซแแแ แต แจแแตแแแแแ แฅแแณแณแแ แจแแซแตแแแ แแแ?!
แฅแแฐแแตแฝแ แแแ แฅแตแชแแแญแ แ แ แฅแ ! แ แแฐ แจแแตแฝแแแ แแ แตแณแฐแญแ แแฃแช แฐแแ แจแแญแปแ แจแแแตแแแ แ แตแญแ แซแณแญแแ!

Guyyaan har'aa kun guyyoota jiran hunda irra fokkotaa ykn bareedaa ta'uu isaa hin beeku,
Garuu wantin sif Dhugoomsu tokko yoo jiraate HAR'A qofa qabaachu keeti.
@samitecno
#motivation_D
Garuu wantin sif Dhugoomsu tokko yoo jiraate HAR'A qofa qabaachu keeti.
@samitecno
#motivation_D
############
๐๐๐๐๐ค๐ค๐ค๐ค
Akkam jirtu๐ค hordoftoota maatii school tech ani baay'e nagaa koodha isiinis nagaa akka taatan abdi guddan qaba egaa waantoota isiin gargaara jedhee anii yaadu fuula channel kenyaa irraatti isiinif maxxansa turuun kenyaa ni yaadatama kanuma waliin wal qabate like fi comment kessaan hin jiruu ๐ณ jechuun ni danda'ama ha ta'u malee namooni yaada nuuf hiraa turtanis gudda galatoma egaa gara fuula duratti yaadni kessan nu cimsa waan ta'eef yaada kessan nuuf qooda wantoota akka isiinif maxxanfamu๐พ barbaaddanis kara kessa nu dubbisu ykn group kenya @free_ict_group irratti haasa'uu ni dandeessuu namoonni dandeetti technology irratti qabdan immo admin @samilearn fudhachuun nu waliin hojjechu ni danda'ama egaa tumsa waliif gochuun aadaa nuf haa ta'u isiinin jedhaa yeroo dhiyootti immo kara youtube channel #jaba_media jedhuun akka wal agarru abdiin qaba
Channel telegram kenyaa hiriyoota kessaniifi group kessatti #shareใakka gootan nan amana
Like fi comment kessan nu bira hin hanqisinaa
Nagaatti
For channel
@samitecno
For group

๐3โค1
#Interneetii
Itiyoophiyaan biyyoota Afrikaa #Sahaaraa_gadii keessaa gama interneetii gatii xiqqaan dhiyeessuudhaan sadarkaa 10ffaa irra jirti.
Qorannoo dhaabbata Biriteen "Cable.co.uk" gaggeesseen biyyoota 233 keessatti gatii kuufama daataa moobaayilaa 5,292 xiinxaluun bara 2022tti biyyoota daataa moobaayilaa gatii salphaa fi qaala'aan dhiyeessan tarreessuun ifoomseera.
Gabaasni kun biyyoota hunda keessatti baasii daataa moobaayilaa giigaabaayitii 1 (1GB) ilaaleera. Akka gabaasa kanaatti, walumaa galatti biyyoonni Afrikaa Sahaaraa gadii gatii daataa(kuufama interneeti) moobaayilaa qaalaโiinsaan dhiyyeessuun sadarkaa 2ffaa irra jiru.
Haa ta'u malee qorannoon kun akka agarsiisutti biyyoota 50 gatii salphaadhaan interneetii dhiyeessan keessaa biyyoonni Sahaaraa gadii 5 hammatamuu danda'aniiru.
Biyyoota Sahaaraa gadii 5 kanneen daataa interneetii gatii salphaa qaban, tartiiba:
๐ฌ๐ญ Gaanaa giigaabaayitii 1 doolaara 0.61'n
๐ธ๐ด Somaaliyaa giigaabaayitii 1 doolaara 0.63'n
๐ณ๐ฌ Naayijeeriyaa giigaabaayitii 1 doolaara 0.71n
๐น๐ฟ Taanzaaniyaa giigaabaayitii 1 doolaara 0.71n
๐ธ๐ฉ Sudaan giigaabaayitii 1 doolaara 0.75n
.
.
.
๐ช๐น Itoophiyaan tarree kana keessatti hammatamtee jirti; Gatii xiqqaadhaan interneetii dhiyeessuudhaan biyyoota Sahaaraa gadii keessaa sadarkaa 10ffaa, addunyaa irraa ammoo sadarkaa 73ffaa irratti argamti.
Akka qorannichaatti Itiyoophiyaatti gatiin daataa Interneetaa giigaabaayitii 1 gara Doolaara 1 ykn naannoo Birrii 52 ta'a.
Israaโel biyya gatii salphaadhaan interneetii giigaabaayitii 1 doolaara 0.04'n dhiyeessitu yoo taatu,
Kaaba atilaantikitti biyyi argamtu Seent Heeleenaan ammoo biyya qaaliidhaan dhiyeessitudha. (interneetii giigaabaayitii 1 doolaara 41.06'n dhiyeessiti.
Odeeffannoowwan Teeknooloojii wayitawaan yeroon yeroon akka isin qaqqabuuf channel keenya join gochuu hindagatinaa.
JOIN AND SHARE
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐ @samitecno๐๐
๐๐ @samitecno๐๐
๐๐ @samitecno๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
#free_ict_group

๐Tajaajila furtuuwwan F1 โ F12
Irra keessoo kiiboordii computer keenyaa irratti F1 - F12 furtuuwwan jiran #function_key jennaan. Yeroo baayyee furtuuwwan kaan waliin qindoominaan walfaana akka shortcut tti itti gargaaramna.
Furtuuwwan kun akkaataa gosa #operating_system fi #software fayyadamnutti faayidaan isaanille garaagari.
๐F1: Yeroo baayye kan nuti itti fayyadamnu gargaarsa wayita barbaannutti dha.
Software hedduu irratti wayita F1 cuqaasnu #Help center nuuf baasa.
Wayita computer boot godhuttimmoo BIOS setup seenuuf nu gargaara.
Ms word irratti windows + F1 walfaana cuqaasuun Microsoft windows Help and support nuuf baasa.
๐ F2: icon , file , ykn folder filatamee jiru #rename gochuuf gargaara
Ms word irratti Alt + Ctrl + F2 cuqaasuun open document seenna.
Ms excel irratti active cell #edit gochuuf gargaara.
Kompiitaraa tokko tokko irratti BIOS setup seenuuf gargaara
๐ F3: Yeroo desktop irratti F3 cuqaasnu search window ni banama.
MS Word keessatti jecha tokko filannee Shift+F3 yoo cuqaasne qubeen jecha filatame waliin jiru qubee guddaa ta'a ykn qubeen jalqabaa qubee guddaa ta'a.
๐ F4: Microsoft Word keessatti F4 Yoo cuqaasnu waan yeroo dhumaaf hojiirra oolchine irra deebi'a.
Ctrl + F4 browser keenya keessatti #tab tokkoo ol banamee yoo jiraate tab ammaa qofa cufa.
Alt + F4 yoo cuqaasne browser guutummaatti cufa.
๐ F5: Browser amma banamee tajaajila irra jiru haaromsa #refresh
Microsoft PowerPoint irratti #Slideshow jalqaba.
Microsoft Office keessatti Find window and Replace nuuf bana.
๐ F6: Screen addaan baasuun gara fuula itti aanutti deema.
Yoo Tab Microsoft word tokkoo ol banaa qabaattan Ctrl + Shift + F6 cuqaasuun gara Tab Microsoft itti aanutti sin ceesisa.
๐ F7: Microsoft Word irratti spelling fi grammar check gochuuf gargaara.
Microsoft word irratti Shift + F7 cuqaasuun Tab Thesaurus ni bana, kunis Hiikaa, caaslugaan sirreessuu fi qubeedhaaf kan ooludha.
๐ F8: Windows'n kompiitara keenyaa yeroo boot ta'u Menuu Jalqabaa seenuuf fayyadama.
Excel keessatti, furtuuwwan xiyyaa dheeressuudhaaf gargaara.
Windows #safe_mode dhaan seenuuf nu gargaara.
๐ F9: Document Word keessa jiran ni haaromsa.
Ctrl + F9 Word keessaa gara fuula duwwaa nu galcha
๐ F10: Barruu menu bana
Ctrl + F10 Ms Word keessatti window guddisa
Shift + F10 akka cuqaasaa mirgatti itti gargaaramnu dandeenya.
๐F11: Browser keessatti Tab nuti arginu screen computer keenyaa guutummaatti guuta (Full screen) gochuuf gargaara.
Shift + F11 Excel keessatti gabatee haaraa dabalataan bana.
๐ F12: Microsoft Word keessatti window Save as jedhu nu bana.
Pc tokko tokko irratti ammo akk boot key tti gargaara.
๐Ctrl + Shift + F12 Ajajoota maxxansuu ykn print ajajuuf gargaara.
๐Shift + F12 galmee Word save godha(akkuma Ctrl +S)
๐ Ctrl + F12 Word dhaan document haaraa bana
Odeeffannoowwan Teeknooloojii wayitawaan yeroon yeroon akka isin qaqqabuuf channel keenya join gochuu hindagatinaa.
JOIN AND SHARE
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐ @samitecno๐๐
๐๐ @samitecno๐๐
๐๐ @samitecno ๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
@free_icy_group

BARRI DHUFU KUN AKKA ISIIN YADDANITTI OSOO HIN TAANE KAN YADDANII OLITTII ISIINIF HAA TA'U!!!
@samitecno
@samitecno
3 tips that can change your life:
1) Never reply when you are angry.
2) Never make a promise when you are happy.
3) Never make a decision when you are sad.
โจ @samitecno
#Motivation_day

Forwarded from ABDII SABAA
#kutaa_12ffaa
#Ramaddii
Adama Science and Technology University
Adama Town (All Schools)
Batu Town (All Schools)
Holeta Town
Eastern Shewa Zone (Zoonii Shawaa Bahaa)
๐Bako tibe
๐ Dano
๐Cheliya
๐Elugalan
๐Midakegn
๐Tota 10,781 Social Science Students and 6544 Natural Science Students
๐ Intake Capacity==8792
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
๐นYOUTUBE๐น
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
๐กMIIDIYAA๐ก
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA
๐ฉYaada๐ฉ
@YaadaafQeeqabot

Ambo University
Ambo University has 4 Branches
1. Branch --Ambo Guder Cumpas
Intake Capacity==2940
๐GalanTown (All Schools)
๐Wellega East (Guto Gida)
๐Under Horro Guduru
๐ฉน Guduru
๐ฉนHababo Guduru
๐ฉนHorro buluk
๐ฉน Chomen Guduru
Total 3408 Social Science Students and 2141 Natural Science Students
2. Branch --Ambo Hachalu Cumpas
Intake Capacity==7140
๐West Wellegga(Gulliso)
โ Under H/Guduruu
๐ฉน Abe dongoro
๐ฉน Amuru
๐ฉน Jerga jete
๐ฉน Jimma Ganate
๐ฉน Jimma Rare
โ แ Wellegga East แตแญ
๐ฉน Ibantu
๐ฉน Kiramu
๐ฉน Haro Limu
๐ฉน Limu
Total 9580 Social Science Students and 4993 Natural Science Students
3. Branch --Ambo Main Cumpas
Intake Capacity==5640
โ แ West Wellegga แตแญ
๐ฉน Lalo Asabi
๐ฉนHaru
๐ฉนLeta sibu
๐ฉน Homa
๐ฉน Jarso
๐ฉน Kiltu Kera
๐ฉนKondala
Total 7251 Social Science Students and 3312 Natural Science Students
4. Branch --Ambo Waliso Cumpas
Intake Capacity==2756
โ แ East Wellegga แตแญ
๐ฉน Wama galo
๐ฉน Wayu Tuka
๐ฉน Gobu sayo
๐ฉน Guto Gida
๐ฉน Kiramu
๐ฉน Sibu sire
Total 3578 Social Science Students and 3387 Natural Science Students

Jimma University
Jimma University has 3 Branches
1. Branch --Jimma Main Cumpas
Intake Capacity==10579
โ From Wellegga East
โ From Illu
โ Jimma Town
Total 12,935 Social Science Students and 6704 Natural Science Students
2. Branch --Jimma Agriculture Cumpas
Intake Capacity==1500
โ From Buno Badele
โ From Jimma Zone
Total 1929 Social Science Students and 920 Natural Science Students
3. Branch --Jimma Technology Cumpas
Intake Capacity==8800
โ From Buno Badale
โ From Ilu
โ From Jimma
Total 11,132 Social Science Students and 6317 Natural Science Students

Bulehora University
Bulehora Yunivarsitiitti Barattoota qormaataman๐
Intake Capacity===14150
โ West Guji Zone
๐ญBulehora
๐ญ Birbirsa Kajowa
๐ญ Abaya
๐ญDugda Dawa
๐ญGalan
๐ญKercha
๐ญ Melka Soda
๐ญ Suro Bargado
๐ญHambela Wamena
โ Guji Zone
๐ญ Adola Shakiso
๐ญ Adola rede
๐ญ Adola Wayu Town
๐ญ Aga Wayu
๐ญ Galan
๐ญ Ardaa Jila Me'ee boku
๐ญ Girja
๐ญ Goro Dola
๐ญ Nagele Town
๐ญ Gumi Oldalo
๐ญ Odo Shakkiso
๐ญ Saba Boru
๐ญ Shakkisoo town
๐ญ Wadera
๐Walumaa-galatti Barattoota Saayinsii hawaasa 14831 fi Barattoota saayinsi Uumamaa 5540 Yunivarsitii Buleehoraatti qormaatamu.

Dambi Dollo University
Dambi Dollo Yunivarsitiitti Barattoota qormaataman๐
Intake Capacity===4212
โ Kellam Zone
๐ญGawo Kebe
๐ญ Jimma Haro
๐ญ Jimma Horo
๐ญ Lalo Kile
๐ญ Sadi Chanka
๐ญ Seyo
๐ญ Yemalagi walal
๐ญ Suro Bargado
๐ญHambela Wamena
๐Walumaa-galatti Barattoota Saayinsii hawaasa 6612 fi Barattoota saayinsi Uumamaa 3907 Yunivarsitii Dambi Doollotti qormaatamu.

Dirre Dawaa University โผ๏ธ
Dirree Dawaa Yunivarsitiitti Barattoota qormaataman๐
Intake Capacity===9458
โ Hararge West
๐ญ Chiro town
๐ญ Daro Labu
๐ญ Doba
๐ญ Gammachis
๐ญ Guba koricha
๐ญ Ancher
๐ญ Badessa
๐ญ Boke
๐ญ Oda Bultum
๐ญ Burka Dimtu
๐ญ Chiro
๐ญ Habro
๐ญ Hawi Gudina
๐ญ Mi'eso
๐ญ Tul
๐ญShanan Dugo
๐Walumaa-galatti Barattoota Saayinsii hawaasa 8396 fi Barattoota saayinsi Uumamaa 2843 Yunivarsitii Dambi Dollotti qormaatamu.