COD-ETยฎ
20.3K subscribers
610 photos
31 videos
122 files
529 links
#COD-ET ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น

๐Ÿ’ป Code โ€ข Learn โ€ข Build
๐Ÿš€ Ethiopiaโ€™s growing developer community

๐ŸŽฏ Tech tips | ๐Ÿ’ก Learning | ๐ŸŒ Web & Apps | ๐ŸŽจ Design | ๐Ÿ’ผ Online opportunities

We build. We learn. We grow. Together.

Smart Code. Smart Security. Ethiopian Soul
Download Telegram
ODUU GAMMACHISAA

hordooftota school tech baga gammaddan

แ‹จ2014 แ‰ แŒ€แ‰ต แ‹“แˆ˜แ‰ตแŠ• แ‰ แˆตแŠฌแ‰ต แˆ›แŒ แŠ“แ‰€แ‰ƒแ‰ฝแŠ•แŠ• แŠ แˆตแˆ˜แˆแŠญแ‰ถ แˆตแˆˆแŠ แ‰ฅแˆฎแАแ‰ตแ‹Ž แˆแˆตแŒ‹แŠ“แฃ แŠจแˆแˆแˆŒ 22-24/2014 แ‹“.แˆ แ‹จแˆšแ‹ซแŒˆแˆˆแŒแˆ แ‹จ1.5 แŒŠ.แ‰ฃ แ‹ณแ‰ณแฃ แ‹จ45 แ‹ฐแ‰‚แ‰ƒ แ‹จแˆƒแŒˆแˆญ แ‹แˆตแŒฅ แŒฅแˆช แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆแˆ 100 แˆ˜แˆแ‹•แŠญแ‰ต แ‰ แˆตแŒฆแ‰ณ แˆ›แ‰ แˆญแŠจแ‰ณแ‰ฝแŠ•แŠ• แˆตแŠ“แ‰ แˆตแˆญแ‹Ž แ‰ แ‰ณแˆ‹แ‰… แ‹ฐแˆตแ‰ณ แАแ‹!

#ethiotelecom

@samitecno


แŠขแ‰ตแ‹ฎ แ‰ดแˆŒแŠฎแˆ
#Update...ethiotel

#paakeejii_bilisaa_ethio_telecom irraa !

๐Ÿ‘‰Ethio Telecom ibsa harโ€™a baaseen bara baajataa 2014tti birrii biiliyoona 61.3 argachuu isaa beeksiseera. Kana yaada keessa galchuun guyyoota sadiif paakeejii #bilisaa dhiyeessee jira.

๐Ÿ‘‰Ethio Telecom milkaaโ€™ina isaa irraa hawaasaaf qooduuf jecha kennaa daataa, sagalee fi ergaa dhiyeessuu isaa harโ€™a beeksise.

Kanaaf:

๐Ÿ‘‰ Daataa 1.5GB guyyaatti 512 MB;

๐Ÿ‘‰ Sagalee daqiiqaa 45 guyyaatti daqiiqaa 15;

๐Ÿ‘‰ Ergaa 100 guyyaatti ergaa 33;

๐Ÿ‘‰ Bilbila idil addunyaa daqiiqaa 10 guyyaatti daqiiqaa 3 bilisaan fayyadamtootaaf dhiyeesseera.

(Hub: Dhiyeessiin bilbilaa idil-addunyaa fayyadamtoota sagalee, barreeffamaa fi interneetii daangaa hin qabneef kennama)

Kennaan kun har'a Adoolessa 21,halkan saatii 06:00 irraa eegalee hanga galgala saatii 12:00tti guyyoota 3f kan turu ta'a.

Odeeffannoowwan Teeknooloojii wayitawaan yeroon yeroon akka isin qaqqabuuf channel keenya join gochuu hindagatinaa.
JOIN AND SHARE
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
@samitecno
Forwarded from ABDII SABAA
#kutaa_12ffaa
#Qormaata Biyyaalessaa

Qormaanni kutaa 12ffaa Fulbaana 30 bara 2015 irraa eegalee ni kennama.

Qormaanni kun Fulbaana 30, 2015 irraa eegalee yunivarsiitiiwwan mootummaa keessatti akka kennamu Tajaajilli Madaallii fi Qormaata Barnootaa beeksiseera.

#Dambii qormaataa cabsuun seeratti nama gaafachiisa.

Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2014 kennuu bira darbee gowwoomsaafi hanna ittisuuf koodii 12n (composition of questions) kennuuf qophiin taasifamaa akka jiru guyyoota muraasa dura beeksisuun ni yaadatama .

Ministirri Ministeera Barnootaa Prof. Birhaanuu Neegaa; Qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa akkuma duraanii koodii 4 (bakka ta'umsa adda addaa 4) osoo hin taane hanga 12tti hojjetamaa jiraachuu ibsani turan.

Kunis tarkaanfiiwwan qormaataa gowwoomsuu ittisuuf fudhataman keessaa tokko yoo taโ€™u, tartiiba gaaffilee qormaata keessatti barattoota itti aananii fudhataman tasumaa walitti dhufeenya akka hin qabne gochuuf yaadameeti.

๐Ÿ“กMIIDIYAA๐Ÿ“ก
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA
Forwarded from TIKVAH-ETHIOPIA
#NationalExam

แ‹จ12แŠ› แŠญแแˆ แˆแ‰ฐแŠ“ แŠจแˆ˜แˆตแŠจแˆจแˆ 30 แ‰€แŠ• 2015 แŒ€แˆแˆฎ แ‹ญแˆฐแŒฃแˆแข

แ‹จ2014 แ‹จแ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แ‹˜แˆ˜แŠ• แ‰ฅแˆ”แˆซแ‹Š 12แŠ› แŠญแแˆ แˆ˜แˆแ‰€แ‰‚แ‹ซ แˆ›แŒ แ‰ƒแˆˆแ‹ซ แˆแ‰ฐแŠ“ แˆˆแˆ˜แˆตแŒ แ‰ต แ‹แŒแŒ…แ‰ต แŠฅแ‹จแ‰ฐแ‹ฐแˆจแŒˆ แ‹ญแŒˆแŠ›แˆแข

แˆแ‰ฐแŠ“แ‹ แŠจแˆ˜แˆตแŠจแˆจแˆ 30/2015 แ‹“/แˆ แŒ€แˆแˆฎ แ‰ แˆ˜แŠ•แŒแˆตแ‰ต แ‹ฉแŠ’แ‰จแˆญแˆฒแ‰ฒแ‹Žแ‰ฝ แ‹แˆตแŒฅ แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆšแˆฐแŒฅ แ‹จแ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แˆแ‹˜แŠ“แŠ“ แˆแ‰ฐแŠ“แ‹Žแ‰ฝ แŠ แŒˆแˆแŒแˆŽแ‰ต แŠ แˆณแ‹แ‰‹แˆแข

แ‹จแˆแ‰ฐแŠ“ แ‹ฐแŠ•แ‰ฅ แŒฅแˆฐแ‰ถแ‰ฝ #แ‰ แˆ…แŒ แ‹ซแˆตแŒ แ‹ญแ‰ƒแˆ‰แˆ แ‰ฐแ‰ฅแˆแˆแข

แ‹จ2014 แ‹“/แˆ แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แ‹˜แˆ˜แŠ• แ‹จ12แŠ› แŠญแแˆ แ‰ฅแˆ„แˆซแ‹Š แˆแ‰ฐแŠ“แŠ• แ‰ แ‹ฉแŠ’แ‰จแˆญแˆฒแ‰ฒแ‹Žแ‰ฝ แŠจแˆ˜แˆตแŒ แ‰ต แ‰ฃแˆˆแˆ แ‹จแˆแ‰ฐแŠ“ แŠฉแˆจแŒ€ แŠฅแŠ“ แˆตแˆญแ‰†แ‰ตแŠ• แˆˆแˆ˜แŠจแˆ‹แŠจแˆ แ‰ 12 แŠฎแ‹ต (แ‰ แŒฅแ‹ซแ‰„ แŠ แ‰€แˆ›แˆ˜แŒฅ แˆตแ‰ฅแŒฅแˆญ) แˆˆแˆ˜แˆตแŒ แ‰ต แ‹แŒแŒ…แ‰ต แŠฅแ‹จแ‰ฐแ‹ฐแˆจแŒˆ แˆ˜แˆ†แŠ‘ แŠจแ‰€แŠ“แ‰ต แ‰ แŠแ‰ต แˆ˜แŒˆแˆˆแ แ‹ญแ‰ณแ‹ˆแˆณแˆแข

แ‹จแ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แˆšแŠ’แˆตแ‰ตแˆญ แ•/แˆญ แ‰ฅแˆญแˆƒแŠ‘ แАแŒ‹ แค แ‹จ12แŠ› แŠญแแˆ แ‰ฅแˆ„แˆซแ‹Š แˆแ‰ฐแŠ“ แŠจแ‹šแˆ… แ‰ แŠแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ฐแАแ‰ แˆจแ‹ แ‰ 4 แŠฎแ‹ต (4 แ‹จแ‰ฐแˆˆแ‹ซแ‹ฉ แˆแ‰ฐแŠ“แ‹Žแ‰ฝ/แ‰ แŒฅแ‹ซแ‰„ แŠ แ‰€แˆ›แˆ˜แŒฅ) แˆณแ‹ญแˆ†แŠ• แŠฅแˆตแŠจ 12 แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ†แŠ• แŠฅแ‹จแ‰ฐแˆฐแˆซ แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆšแŒˆแŠ แŒˆแˆแ€แ‹ แŠฅแŠ•แ‹ฐแАแ‰ แˆญ แŠ แ‹ญแ‹˜แАแŒ‹แˆแข

แ‹ญแˆ… แ‹จแˆแ‰ฐแŠ“ แŠฉแˆจแŒƒแŠ• แˆˆแˆ˜แŠจแˆ‹แŠจแˆ แŠจแˆšแˆฐแˆฉแ‰ต แˆตแˆซแ‹Žแ‰ฝ แˆ˜แŠซแŠจแˆ แŠ แŠ•แ‹ฑ แˆฒแˆ†แŠ• แˆˆแŒŽแŠ• แ‹ซแˆ‰ แ‰ฐแˆ›แˆชแ‹Žแ‰ฝ แŠฅแˆญแˆต แ‰ แŠฅแˆญแˆต แ‹จแˆšแˆแ‰ฐแŠ‘แ‰ต แˆแ‰ฐแŠ“ แ‹จแŒฅแ‹ซแ‰„แ‹ แ‹แˆญแ‹แˆญ (order) แ‰ แแแˆ แ‹จแ‰ฐแŒˆแŠ“แŠ˜ แŠฅแŠ•แ‹ณแ‹ญแˆ†แŠ• แˆˆแˆ›แ‹ตแˆจแŒ แ‹จแ‰ณแˆฐแ‰  แАแ‹แข

@tikvahethiopia @tikvahuniversity
Jappan keessatti akka photo irratti arga jirtanu
awwaala nama hunda irratti QR CODE kahama
kunis kan fayyaduuf seenaa namicha hunda baruufi๐Ÿ˜ณ๐Ÿ˜๐Ÿ‘

#Biyyi keenyas yoo goote maal qaba...๐Ÿ˜‚
โ€œDon't Just

Don't just learn, experience.
Don't just read, absorb.
Don't just change, transform.
Don't just relate, advocate.
Don't just promise, prove.
Don't just criticize, encourage.
Don't just think, ponder.
Don't just take, give.
Don't just see, feel.
Donโ€™t just dream, do.
Don't just hear, listen.
Don't just talk, act.
Don't just tell, show.
Don't just exist, live.โ€โœจ

~ Roy T. Bennett

#motivational_words

โœจ @samitecno
COD-ETยฎ
rufus-3.15p.exe
RUFUS

Rufus is a utility that helps format and create bootable USB flash drives, such as USB keys/pendrives, memory sticks, etc. It can be especially useful for cases where: you need to create USB installation media from bootable ISOs (Windows, Linux, UEFI, etc.)

@samitecno
@free_ict_group
COD-ETยฎ
speedtest-@samitecno.apk
SPEED TEST

An internet speed test
measures the connection speed and quality of your connected device to the internet. It does so by running multiple consecutive tests that analyze different aspects of your internet connection, namely ping (latency), download speed, and upload speed.

@samitecno
@free_ict_group
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
COD-ETยฎ
TeraBox_1.0.0.10.exe
TERABOX

TeraBox can auto backup your photos, videos and folders; After cloud backup, your data will never miss; You can save space for PC/Android/iPhone/iPad and your device will speed up

@samitecno
@free_ict_group
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
COD-ETยฎ
ZArchiver_v0.9.5.8_apkpure.com.apk
ZaRCHIVER

Some file managers let you compress or decompress zip files, but what happens if there is a rar or 7z file you need to open? ZArchiver lets you compress and extract files on Android, even if your file manager won't.

@samitecno
@free_ict_group
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from TIKVAH-ETHIOPIA
#MoE

" แ‹จ2014 แ‹“/แˆ แ‹จ12แŠ› แŠญแแˆ แ‰ฅแˆ„แˆซแ‹Š แˆแ‰ฐแŠ“ แŠจแˆ˜แˆตแŠจแˆจแˆ 30 /2015 แ‹“/แˆ แŒ€แˆแˆฎ แ‰ 2 แ‹™แˆญ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆฐแŒฅ แ‰ณแ‰…แ‹ทแˆ " - แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แˆšแŠ’แˆตแ‰ดแˆญ

แ‹จ2แ‹14 แ‹จแˆแˆˆแ‰ฐแŠ› แ‹ฐแˆจแŒƒ แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แˆ˜แˆแ‰€แ‰‚แ‹ซ แˆแ‰ฐแŠ“ แ‰ แ‹ฉแŠ’แ‰จแˆญแˆตแ‰ฒแ‹Žแ‰ฝ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆฐแŒฅ แˆ˜แ‹ˆแˆฐแŠ‘ แ‹ญแ‰ณแ‹ˆแ‰ƒแˆแกแก

แˆแ‰ฐแŠ“แ‹ แŠจแˆ˜แˆตแŠจแˆจแˆ 30 แ‰€แŠ• 2015 แ‹“.แˆ แŒ€แˆแˆฎ #แ‰ แˆแˆˆแ‰ต_แ‹™แˆญ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆฐแŒฅ แˆ˜แ‰ณแ‰€แ‹ฑแŠ• แ‰ แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แˆšแŠ’แˆตแ‰ตแˆญ แ‹ดแŠคแ‰ณ แ‹ถ/แˆญ แˆณแˆ™แŠคแˆ แŠญแแˆŒ แ‰ฐแˆแˆญแˆž แˆˆ42 แ‹ฉแŠ’แ‰จแˆญแˆฒแ‰ฒแ‹Žแ‰ฝ แ‰ แ‰ฐแˆ‹แŠจแ‹แŠ• แŠฅแŠ“ แ‰ฒแŠญแ‰ซแˆ… แŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซ แ‰ตแŠญแŠญแˆˆแŠ›แАแ‰ฑแŠ• แ‰ฃแˆจแŒ‹แŒˆแŒ แ‹ แ‹ฐแ‰ฅแ‹ณแ‰ค แˆ˜แˆ˜แˆแŠจแ‰ต แ‰ฝแˆˆแŠ“แˆแข

แ‰ แ‹šแˆ แˆ˜แˆ แˆจแ‰ต แŠจแˆ˜แˆตแŠจแˆจแˆ 28 แŠฅแˆตแŠจ แŒฅแ‰…แˆแ‰ต 17 แ‰€แŠ• 2015 แ‹“.แˆ แ‹ตแˆจแˆต แ‹ฉแŠ’แ‰จแˆญแˆตแ‰ฒแ‹Žแ‰ฝ แฆ

1. แˆแŠ•แˆ แŠ แ‹ญแАแ‰ต แ‹จแˆ˜แ‹ฐแ‰ แŠ› แ‰ฐแˆ›แˆช แ‰ แŒแ‰ข แŠฅแŠ•แ‹ณแ‹ญแŠ–แˆญ แŠฅแŠ•แ‹ฒแ‹ซแ‹ฐแˆญแŒ‰แค

2. แ‰ แ‰€แŒฃแ‹ญ แ‰ แˆšแŒˆแˆˆแŒธแ‹ แ‰ฐแˆ›แˆช แ‰แŒฅแˆญ แˆแŠญ แˆแŒแ‰ฅ แŠฅแŠ•แ‹ฒแ‰€แˆญแ‰ฅ แ‹แŒแŒ…แ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ฒแ‹ซแ‹ฐแˆญแŒ‰แค

3. แˆˆแˆแ‰ฐแŠ“แ‹Žแ‰ฝ แˆ›แ‰†แ‹ซ แ‰ฆแ‰ณ แŠฅแŠ•แ‹ฒแ‹˜แŒ‹แŒ… แŠฅแŠ“

4. แ‹จแˆแ‰ฐแŠ“แ‹แŠ• แŠ แˆฐแŒฃแŒฅแŠ“ แ‹ฐแˆ…แŠ•แАแ‰ต แ‹จแˆšแ‰†แŒฃแŒ แˆญ แ‰ แ•แˆฌแ‹šแ‹ณแŠ•แ‰ต แ‹จแˆšแˆ˜แˆซ แ‹‹แŠ“ แŒแ‰ฅแˆจ-แŠƒแ‹ญแˆแŠ“ แ‰ แ‹จแŠซแˆแ“แˆถแ‰น แ‰ แ‹ฒแŠ• /แŠซแˆแ“แˆต แŠƒแˆ‹แŠ แ‹จแˆšแˆ˜แˆซ แŠ•แ‹‘แˆต แŒแ‰ฅแˆจ-แŠƒแ‹ญแˆ แŠฅแŠ•แ‹ฒแ‹ซแ‹ฐแˆซแŒ แˆ˜แˆแ‹•แŠญแ‰ต แ‰ฐแˆ‹แˆแŽแˆ‹แ‰ธแ‹‹แˆแข

แ‹ฉแŠ’แ‰จแˆญแˆฒแ‰ฒแ‹Žแ‰ฝ แ‹จ2แ‹15 แ‹จแŠ แŠซแ‹ณแˆšแŠญ แŠซแˆ‹แŠ•แ‹ฐแˆญ แ‹จแˆแˆˆแ‰ฐแŠ› แ‹ฐแˆจแŒƒ แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แˆ˜แˆแ‰€แ‰‚แ‹ซ แˆแ‰ฐแŠ“ แ‹ˆแ‰…แ‰ต (แŠจแˆ˜แˆตแŠจแˆจแˆ 28 - แŒฅแ‰…แˆแ‰ต 17) แ‰ณแˆณแ‰ข แ‰ แˆ›แ‹ตแˆจแŒ แŠฅแŠ•แ‹ฒแ‹ซแ‹˜แŒ‹แŒ แ‹จแ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แˆšแŠ’แˆตแ‰ตแˆญ แ‹ดแŠคแ‰ณ แ‹ถ/แˆญ แˆณแˆ™แŠคแˆ แŠญแแˆŒ แŠ แˆณแˆตแ‰ แ‹‹แˆแข

@tikvahethiopia
๐Ÿคทโ€โ™‚๐Ÿคทโ€โ™‚Akkamitti kompiitarri keenya #USB_Flash_Disk kamiyyuu akka hin fudhanne dhorkuu dandeenya?

๐Ÿ‘ŒYeroo baay'ee flash diskii kompiitara keenyatti galchinee, flash disk'n sun ammoo vaayirasii kan qabu taanaan vaayirasichi kallattiin gara kompiitara keenyaa seenee kompiitara akka hin hojjenne gochuu fi nu jalaa cufuu illee danda'a.

Maarree Steeppiwwan armaan gadii salphaatti hordofuun balaa Karaa flaashii kompiitara keenya mudachuu danda'u irraa baraaruu dandeenya.

#Step_1. Kompiitara keenya keessa seenuun #This_pc kan jedhu irratti cuqaasa mirgaa tuqna.

#Step_2. Filannoowwan nuuf dhufan keessaa #Manage kan jedhu filanna.

#Step_3. Itti aansuun #Device_Manager irratti cuqaasuun filannoowwan kallattii mirgaa irraatti nuuf dhufan keessaa gara xumuraa irraa #Universal_Serial_Bus_Controllers kan jedhu fuuldura mallattoo xiyyaa irratti cuqaasna.

#Step_4 Sana booda #Extensible_host_controller filannee irratti cuqaasa mirgaa goona.

#Step_5. Dhuma irratti Tarreeffamoota dhufan keessaa #Disable irratti cuqaasuun permission inni nu gaafatu #yes jechuun xumurra.

Amma laptop ykn desktop keenya flash disk akka hin dubbisne eeyyama dhorkineeni jirra jechuudha.

Hubachiisa: yoo deebisnee fayyadamuu barbaanne #Enable_Device cuqaasuun akkuma duraatti deebisne fayyadamuu dandeenya.

Odeeffannoowwan Teeknooloojii wayitawaan yeroon yeroon akka isin qaqqabuuf channel keenya join gochuu hindagatinaa.
JOIN AND SHARE
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž @samitecno ๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž @samitecno ๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž @samitecno ๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž
๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž๐Ÿ’Ž

โˆž wisdom
๐Ÿ‘1
download-1.jpg
7.9 KB
11 Different Types of Mouse for Your Computer

Wired Mouse.

Wireless Mouse.

Bluetooth Mouse.

Comparing Wired vs. Wireless vs. Bluetooth Mice.

Trackball Mouse.

Laser Mouse.

Comparing Trackball vs. Optical . Laser Mice.

Magic Mouse.

โค๏ธโค๏ธ๐Ÿ˜@samitecnoโค๏ธ๐Ÿ‘๐Ÿ‘