#update
๐คทโโ๐คทโโWiFi connect nuuf tahee jiru bilbila keenya qofa fayyadamuun akkamittiin password isaa beekuu dandeenya ??
๐Jalqaba irratti bilbilli keenya Smart kan tahee fi QR code kan ofirraa qabuu tahuu qaba. Erga kana mirkaneeffannee booda steeppiiwwan armaan gadii hordofuun password WiFi sanii salphaatti beekuu dandeenya.
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
#Step_1: Wifi connect nuuf tahee jiru irratti cuqaasna
#Step_2: QR Code isiniif dhufu screenshot kaasaa(akkaataa setting bilbilaa bilbilaatti garaa gar tahuu dandaha)
#Step_3: Chrome ykn internet browser qabdan banuun https://zxing.org/w/decode.jspx jechuun search gochuun banuu.
#Step_4: Choose file cuqaasuun QR Code screenshoot goone san faayila keessaa filachuun itti galchina.
#Step_5: fuuldura isaa submit kan jedhu irratti cuqaasna.
#Step_6: Odeeffannoo guutuu WiFi sanii nuuf baasa. Password kan nuti argannuu dhuma irratti #parsed_result kan jedhutu jira isa fuuldura #false kan jedhuu olitti arganna jechuudha.
Galatoomaa ๐
Channel keenya Join gochuun Odeeffannoowwan teeknooloojii haarawa ta'an guyya guyyaan akkaataa itti fayyadama isaanii waliin argachuu ni dandeessu
๐๐๐๐๐
@samitecno
@samitecno
โค๏ธ๐

๐1
๐คทโโ๐คทโโWindows 10 irratti akkamittiin partition haaraa uumuu dandeenya??
Steeppiiwwan armaan gadii hordofaa๐๐๐๐๐
#Step_1: This Pc irratti cuqaasa mirgaa(right click) gochuun #manage kan jedhu filachuu.
#Step_2: Tarreeffamoota toora bitaa irra jiran keessaa Disk Management irratti cuqaasuun banuu.
#Step_3: Disk kan irraa partition uumuu barbaannu filachuu(fkn:C)
#Step_4: Gara gadii irratti Disk irraaa partition uumuuf deemnu irratti cuqaasa mirgaa(right click) gochuun #Shrink_Volume filachu.
#Step_5: Hamma(Size isaa MB dhaan) shrink gochuu akka feenu wayita nu gaafatutti daangaa inni nuuf kaayee gaditti haga feene itti galchuun #Shrink jennaan.
#Step_6: Saanduqa haaraa gara gadii nuuf dhufu irratti cuqaasa mirgaa gochuun #New_Simple_Volume filanna.
#Step_7: Itti aansuun Next Next jennaan. Drive letter barbaanne filachuun(fkn:D) next jennaan.
#Step_8: Format this volume with the following settings filachuun(select) next jennaan. Dhuma irratti finish jechuun xumurra. Amma milkaa'inaan partition haaraa uummanne jirra.
Hub: Yoo ballessuu feene ammoo partition haaraa uumne irratti cuqaasa mirgaa gochuun delete volume filanneetu yes jennaan.
Itti aansuun partition isa duraan irraa uummanne irratti cuqaasa mirgaa gochuun #extend_volume jechuun sana booda next jenne dhuma irratti finish jechuun gara duraaniitti deebisuun isa haaraa kana haquu dandeenya jechuudha.
xumure Galatoomaa.
channel keenya join fi share gochuu hindagatinaa.

Bot telegram barbaachisoo
@samitecno
1. OpenMember
2. InviteMember
3. Gameboy
4. Skeddy
5. File to Bot
6. Get Media Bot
7. Feed Reader Bot
8. FB Video Download Bot
9. Sticker Download Bot
10. Tweet It Bot
11. Poster Bot
12. Movies Tracker
13. NewsBot
14. AppFollow Bot
15. GitHub Release Bot
16. Babelgram Bot
17. Dr. Web Bot
18. IFTTT โ If This Then That Bot
19. URL Shortner Bot
20. Meme Auto Bot
21. File Converter Bot
22. URL2IMG Bot
23. Drop Mail Bot
Channel Fi group kenyaa join gochuun maatii channel kenyaa ta'aa
@samitecno
@free_ict_group

Forwarded from Samiโ
Forwarded from Samiโ
Yaada keessaniif gudda galatoma Itti fufneerra...๐
Anonymous Quiz
69%
GALATOMAA๐
31%
ISIIN JAALLANNA๐
#Software_Developer
#ALX
๐Software Engineering online barachuuf fedhii kan qabdan liinkii armaan gadiin galmaa'uun barumsa isaanii hordofuu dandeessu.
๐Turtiin isaa ji'oota(baatii) 12f kan turu yommuu tahu
โ Frontend
โ Backend
โ Devops
Haala bareeda taheen barsiisu.
๐Barnoota jarri gadi fageenyaan barsiisan keessaa muraasni isaa kan armaan gadiiti.
#C_programming
#graphic_programming
#Unix_programming
#data_structures_and_algorithms
#reverse_engineering_and_security
#python
#Object_Oriented_Programming
#Database
#Linux
#soft_skills
#front_end_web_development
#backend_Web_development
๐Barnoota isaanii haalaan hordoftanii wayita xumurtanitti #certificate ille isiiniif kennu.
Liinkii galmee
๐๐๐๐๐
https://www.alxethiopia.com/programme_post/full-stack-software-engineer/
channel keenya join fi share gochuu hindagatinaa.
๐๐๐๐๐๐

๐ Bootii barreeffama #text dhaan itti ergine, gara #pdf tti jijjiiruuf nu gargaarudha.
@Text2pdf_bot
channel keenya join fi share gochuu hindagatinaa.
๐๐๐๐๐๐
@samitecno
@free_ict_group
@samitecno
@Text2pdf_bot
channel keenya join fi share gochuu hindagatinaa.
๐๐๐๐๐๐
@samitecno
@free_ict_group
@samitecno
Lakkofsa iccitii bilbila Tecno Spark 5 Air
@samitecno-share and support us
1.*#06# - IMEI (International Mobile Equipment Identity) number
2.*#*#3646633#*#* or *#*#54298#*#* -Engineering Mode (for smartphones based on MTK processor) 3.*#*#4636#*#* - Hidden Android Testing menu (Phone, Battery, WiFi and other)
4.*#*#225#*#* - Check your events in calendar 5.*#*#426#*#* - Google Play services android. 6.*#*#759#*#* - Access to Rlz Debug Ul 7.*#*#36245#*#* - Email debug information 8.*#*#8255#*#* - For Google Talk service monitoring 9.*#*#64663#*#* - Used to launch Hardware Test 10.*#*#7780#*#* - Return to factory setting. 11.*2767*3855# - Reinstall factory ROM 12.*#*#232338#*#* - Displays Wi-Fi Mac-address 13.*#*#34971539#*#* - Show camera information. 14.*#*#1234#*#* - PDA and Phone firmware info 15.*#*#7594#*#* - Changing the power button behavior-Enables direct poweroff once the code enabled 16.*#*#1472365#*#* - For a quick GPS test 17.*#*#273283*255*663282*#*#* - For a quick backup to all your media files
18.*#*#1575#*#* - GPS Test Code 19.*#*#197328640#*#* - Enabling test mode for service activity 20.*#*#0283#*#* - Packet Loopback test
21.*#0228# - battery calibration 22.*#*#232339#*#* OR *#*#526#*#* - Wireless Lan Tests
23.*#*#0*#*#* - LCD display test 24.*#*#3264#*#* - Show Ram version 25.*#*#1111#*#* - FTA Software version 26.*#*#2664#*#* - Touch-Screen test
27.*#*#0588#*#* - Proximity sensor test 28.*#*#8351#*#* - Enables voice dialing logging mode 29.*#*#232331#*#* - Troubleshoot your Bluetooth
30.*#*#232337#*# - Displays Bluetooth address 31.*#*#7262626#*#* - Field test
32.*#*#0289#*#* OR *#*#0673#*#* - Audio test *#*#0842#*#* - Vibration test and BackLight test *#*#2663#*#* - Touch-screen version Tecno Spark 5 Air
*#*#44336#*#* - Displays Build time and change list number *#*#4986*2650468#*#* - PDA, Phone, Hardware, RF Call Date firmware info *#*#8350#*#* - Disables voice dialing logging mode *#*#2222#*#* - FTA hardware
@Samitecno
@free_ict_group
#tecno_spark_secret_code

๐คทโโ๐คทโโBackup haala kamiin qabachuu dandeenyaa??Application kanaafiis nu gargaaru jiraa laata?
๐'Backup' jechuun daataa ykn faayilaa garaagaraa kanneen akka #document, #photo, #Video, #audio fi kkf bilbila ykn computer irraa qabnu bakka biraa(cloud irra) olkaayachuu jechuudha.
๐ Faayiloonni kunneen wayita ol kaayamanu #move godhamuuun osoo hin taane #copy godhamu. Kana jechuun faayiloonni sun bilbila ykn computer keenya irraa hinbadanu garuu copy dhuma jaraatu bakka biraatti ol kaayamuu jechuudha.
๐Faayidaan faayilaa backup godhachuu inni guddaan haala kamiin keessatti iyyuu faayila keenya argachuu akka dandeenyuuf nugargaara.
๐Fakkeenyaaf yoo bilbilli keenya bade ykn balaa tasaan miidhamuun tajaajilaa ala ta'e faayiloota achi irraa qabnu hunda dhabne jechuudha.
๐Haatahu malee garuu backup godhannee jirra taanaan saatii feenetti fi bakka feenetti faayila keenya sana argachuu dandeenya.
Computer irrattii illee account bananneen login gochuun faayila keenya argachuu dandeenya.
๐Egaa faayilaa baayyee dhimma itti baanu fi hedduu barbaadnu sababa garaagaraan akka hin dhabneef backup qabachuun nu barbaachisa jechuudha.
๐Appiin #backup bilbiloota tokko tokko irratti waan fe'ameef
bilbila keessan irraa barbaaddanii itti faayyadamuu dandeessu.
Fkn: Google drive(faayila barbaaddan hanga 15GB achiirra kaffaltii tokko malee ol kaayachuu dandeessu)
๐Appoonni dabalataa kan storage free nuuf kennan hedduutu jiru. Jarreen kana keessaa nuti har'a appii hanga 50GB free storage nuuf kennuu tokko waliin ilaalla. Appiin kunis MEGA jedhama. Akkaataa version bilbila keessaniitiin playstore irraa buufachuun jalqaba account(maqaa,Email,Password,..)itti galchuun banattu. Sana booda login gochuun itti fayyadamuu qofadha.
Download link
๐๐๐๐๐๐
https://play.google.com/store/apps/details?id=mega.privacy.android.app&hl=en&gl=US&referrer=utm_source%3Dgoogle%26utm_medium%3Dorganic%26utm_term%3Dmega+app
Odeeffannoowwan Teeknooloojii haarawaan akka yeroon isin qaqqabuuf channel keenya join gochuu hindagatinaa.
๐๐๐๐๐๐
@samijesus

Google Play
MEGA - Apps on Google Play
MEGA is Cloud Storage with secure always-on privacy.
๐Faayila pdf dhaan jiru #edit gochuuf rakkattanii jirtuu? Maarree rakkoon hundi furmaata qaba akkuma jennu,
๐marsaariitiin barreeffama #pdf dhaan jiru gara #word tti jijjiiruun akka edit godhachuu dandeenyuuf haala nuuf mijeessu ammoo kunooti.
๐๐๐๐๐๐๐๐
https://www.ilovepdf.com/pdf_to_word
Odeeffannoowwan Teeknooloojii wayitawaan yeroon yeroon akka isin qaqqabuuf channel keenya join gochuu hindagatinaa.
๐๐๐๐๐๐
@sami_jesus

iLovePDF - Online tools for PDF
PDF to WORD | Convert PDF to Word online for free
Convert PDF to editable Word documents for free. PDF to Word conversion is fast, secure and almost 100% accurate. Convert scanned PDF to DOC keeping the layout.