COD-ETยฎ
20.4K subscribers
609 photos
31 videos
122 files
526 links
#COD-ET ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น

๐Ÿ’ป Code โ€ข Learn โ€ข Build
๐Ÿš€ Ethiopiaโ€™s growing developer community

๐ŸŽฏ Tech tips | ๐Ÿ’ก Learning | ๐ŸŒ Web & Apps | ๐ŸŽจ Design | ๐Ÿ’ผ Online opportunities

We build. We learn. We grow. Together.

Smart Code. Smart Security. Ethiopian Soul
Download Telegram
Forwarded from Urael Tech
Indaastiriin Kawaasaakii Jaappaan roobootii miila afurii maanguddoota tumsu hojjechuun beeksise.
ยฉ Fana
โ€“ Indaastiriin Kawaasaakii Jaappaan kutaalee hawaasaa umriidhaan dullooman kan gargaaruu dandaโ€™u roobootii miila afurii hojjechuu beeksiseera. Moggaasa maqaa โ€œBeeksiโ€ kan qabu roobootiin kun miilaa afuriin sochoโ€™uu fi lafarraa saffisaan imaluu dandaโ€™a jedhameera. Roobootichi sababa dullumaan namoota bakkaa bakkatti sochoโ€™uu hindandeenye tumsuuf garagaara jedhameera.
#update

Wayita bilbila haaraa 'smartphone' bitnu wantoota sirriitti adda baafannee beekuu qabnu.

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

1. Processor: nama yeroo hedduu bilbila fayyadamu yoo taane jechuunis photo/video/document fi kkf edit kan goonu akkasumas online video stream kan fayyadamnu taanaan bilbila processor isaa Qualcomm Snapdragon 652 ykn Snapdragon
820/821 ta'e filachuun gaariidha. Namoota kaaniif garuu MediaTek processor filatamaadha .

โœ… kanaafuu bilbila tokko bitu keenyaan duratti processing speed(saffisa inni ittiin hojii kennameef tokko hojjetu) GigaHertz (GHz) dhaan ibsamu sana ilaaluu qabna.

Speed(saffisa) isaa olka'aa taanaan(jechuunis GHz guddaa), processor isaa illee ariifataa ta'a.

2. Camera
Suuraawwan garaa garaa kaasuu akkasumas ofiif illee ka'uuf fedhii kan qabnu taanaan kaameeraan fuulduraa(front) osoo 8MP fi sanaa ol kan duubaa(rare) immoo 12MP ykn 16MP fi sanaa ol tahun isaa filatamaadha.

3. Battery
Bilbila keenyatti nama baayye fayyadamnu yoo taane fi application garaa garaa banuudhaan kan dhimma itti baanu, dabalataanis online video stream ni fayyadamna taanaan smartphone kan battery isaa 4000mAh fi isaa ol tahe ta'uu qaba.
Namoota giddu galeessaan itti fayyadamaniif garuu
3000mAh-3500mAh gahaadha.

4.Memory
Bilbilli keenya memory gosa 2 akka inni qabu beekamaadha.

โˆš Read Only Memory (ROM) fi
โˆš Random Access
Memory (RAM).

๐Ÿ‘‰RAM processor waliin ta'uudhaan operation ykn hojiilee hojjatamanuu fi ariitii bilbila keenyaa murteessuu irratti gahee olaanaa taphata.

๐Ÿ‘‰ROM(internal storage) immo waayee storage(kuusaa) isa ilaallatta. Wantoota akka video, photo, music,files
OS, application fi kkf kuusuuf(store) gochuuf gargaara.

Nama bilbila isaatti baayye dhimma bahuuf
๐Ÿ‘ŒRAM 3GB ykn 4 GB fi ol
๐Ÿ‘ŒROM 32GB ykn 64 GB fi ol gaariidha.

5. Mobile Network
Guyyaa har'aa biyya keenya keessatti 4G bakka baayyetti waan babal'ateef akkasumas interneeta saffisa olaanaan fayyadamuuf bilbila network isa 4G support godhu ykn qabu bituun barbaachisadha.

6. Operating System (OS)
Android fi iOS keessaa tokko filanna, garuu biyya keenya keessatti android baayyinaan gabaa irra waan jiruu fi tajaajila isa illee salphaatti argachuu waan dandeenyuuf filannoon keenya isa osoo tahe gaariidha.

๐Ÿ‘‰Android kun haaromsa(version) garaa garaa waan qabuuf jalqaba sana ilaaluutu nurra jiraata.

๐Ÿ‘‰Android 9 fi Android 10 version (haaromsa) dhiheenyaati waan ta'aniif jarreen kana keessa tokko osoo tahe gaaridha. sababiin isaas application dhiyeenya bahaa jiran android version dhiheenya(latest) tahan qofa irratti dalagu waan taheef.

7. Security
Security kanneen akka fingerprint sensors,face unlock ykn iris sensors osoo qabaatee nageenyummaa barbaachisaa tahe bilbila keenyaaf kennuu danda'a. Irra jireessaan yoo faayila baayyee of eegganno barbaadan kanneen akka
document fi media files jechuunis photo video fi kkf qabaanne ibsitun kun (feature)akka password tti illee dabalataan nu tajaajilu danda'aa

Channel keenya join, like fi share gochuu hindagatina.
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

@samitecno
๐Ÿ”ฅ@free_ict_group๐Ÿ”ฅ
#update

๐Ÿคทโ€โ™‚๐Ÿคทโ€โ™‚WiFi connect nuuf tahee jiru bilbila keenya qofa fayyadamuun akkamittiin password isaa beekuu dandeenya ??


๐Ÿ‘ŒJalqaba irratti bilbilli keenya Smart kan tahee fi QR code kan ofirraa qabuu tahuu qaba. Erga kana mirkaneeffannee booda steeppiiwwan armaan gadii hordofuun password WiFi sanii salphaatti beekuu dandeenya.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

#Step_1: Wifi connect nuuf tahee jiru irratti cuqaasna

#Step_2: QR Code isiniif dhufu screenshot kaasaa(akkaataa setting bilbilaa bilbilaatti garaa gar tahuu dandaha)

#Step_3: Chrome ykn internet browser qabdan banuun https://zxing.org/w/decode.jspx jechuun search gochuun banuu.

#Step_4: Choose file cuqaasuun QR Code screenshoot goone san faayila keessaa filachuun itti galchina.

#Step_5: fuuldura isaa submit kan jedhu irratti cuqaasna.

#Step_6: Odeeffannoo guutuu WiFi sanii nuuf baasa. Password kan nuti argannuu dhuma irratti #parsed_result kan jedhutu jira isa fuuldura #false kan jedhuu olitti arganna jechuudha.

Galatoomaa ๐Ÿ™
Channel keenya Join gochuun Odeeffannoowwan teeknooloojii haarawa ta'an guyya guyyaan akkaataa itti fayyadama isaanii waliin argachuu ni dandeessu
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@samitecno
@samitecno

โค๏ธ๐Ÿ‘
๐Ÿ‘1
Messages in this channel will be automatically deleted after 1 week
Messages in this channel will no longer be automatically deleted
๐Ÿคทโ€โ™‚๐Ÿคทโ€โ™‚Windows 10 irratti akkamittiin partition haaraa uumuu dandeenya??
Steeppiiwwan armaan gadii hordofaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

#Step_1: This Pc irratti cuqaasa mirgaa(right click) gochuun #manage kan jedhu filachuu.

#Step_2: Tarreeffamoota toora bitaa irra jiran keessaa Disk Management irratti cuqaasuun banuu.

#Step_3: Disk kan irraa partition uumuu barbaannu filachuu(fkn:C)

#Step_4: Gara gadii irratti Disk irraaa partition uumuuf deemnu irratti cuqaasa mirgaa(right click) gochuun #Shrink_Volume filachu.

#Step_5: Hamma(Size isaa MB dhaan) shrink gochuu akka feenu wayita nu gaafatutti daangaa inni nuuf kaayee gaditti haga feene itti galchuun #Shrink jennaan.

#Step_6: Saanduqa haaraa gara gadii nuuf dhufu irratti cuqaasa mirgaa gochuun #New_Simple_Volume filanna.

#Step_7: Itti aansuun Next Next jennaan. Drive letter barbaanne filachuun(fkn:D) next jennaan.

#Step_8: Format this volume with the following settings filachuun(select) next jennaan. Dhuma irratti finish jechuun xumurra. Amma milkaa'inaan partition haaraa uummanne jirra.

Hub: Yoo ballessuu feene ammoo partition haaraa uumne irratti cuqaasa mirgaa gochuun delete volume filanneetu yes jennaan.

Itti aansuun partition isa duraan irraa uummanne irratti cuqaasa mirgaa gochuun #extend_volume jechuun sana booda next jenne dhuma irratti finish jechuun gara duraaniitti deebisuun isa haaraa kana haquu dandeenya jechuudha.
xumure Galatoomaa.

channel keenya join fi share gochuu hindagatinaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@samitecno
@samitecno
@samitecno
Bot telegram barbaachisoo

@samitecno

1. OpenMember
2. InviteMember
3. Gameboy
4. Skeddy
5. File to Bot
6. Get Media Bot
7. Feed Reader Bot
8. FB Video Download Bot
9. Sticker Download Bot
10. Tweet It Bot
11. Poster Bot
12. Movies Tracker
13. NewsBot
14. AppFollow Bot
15.  GitHub Release Bot
16. Babelgram Bot
17. Dr. Web Bot
18. IFTTT โ€“ If This Then That Bot
19. URL Shortner Bot
20. Meme Auto Bot
21. File Converter Bot
22. URL2IMG Bot
23. Drop Mail Bot

Channel Fi group kenyaa join gochuun maatii channel kenyaa ta'aa

@samitecno
@free_ict_group
COD-ETยฎ pinned ยซBot telegram barbaachisoo @samitecno 1. OpenMember 2. InviteMember 3. Gameboy 4. Skeddy 5. File to Bot 6. Get Media Bot 7. Feed Reader Bot 8. FB Video Download Bot 9. Sticker Download Bot 10. Tweet It Bot 11. Poster Bot 12. Movies Tracker 13. NewsBot 14.โ€ฆยป
Forwarded from Samiโ‘ 
Channel kun sii fayyaderaa ?
Anonymous Quiz
86%
A.eyye
14%
B.lakki
Forwarded from Samiโ‘ 
Yaada keessaniif gudda galatoma Itti fufneerra...๐Ÿš
Anonymous Quiz
69%
GALATOMAA๐Ÿ˜
31%
ISIIN JAALLANNA๐Ÿƒ
#Software_Developer
#ALX
๐Ÿ‘‰Software Engineering online barachuuf fedhii kan qabdan liinkii armaan gadiin galmaa'uun barumsa isaanii hordofuu dandeessu.

๐Ÿ‘‰Turtiin isaa ji'oota(baatii) 12f kan turu yommuu tahu
โœ…Frontend
โœ…Backend
โœ…Devops
Haala bareeda taheen barsiisu.

๐Ÿ‘‰Barnoota jarri gadi fageenyaan barsiisan keessaa muraasni isaa kan armaan gadiiti.
#C_programming
#graphic_programming
#Unix_programming
#data_structures_and_algorithms
#reverse_engineering_and_security
#python
#Object_Oriented_Programming
#Database
#Linux
#soft_skills
#front_end_web_development
#backend_Web_development

๐Ÿ‘ŒBarnoota isaanii haalaan hordoftanii wayita xumurtanitti #certificate ille isiiniif kennu.
Liinkii galmee
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://www.alxethiopia.com/programme_post/full-stack-software-engineer/

channel keenya join fi share gochuu hindagatinaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@samitecno
@free_ict_group
๐Ÿ‘‰ Bootii barreeffama #text dhaan itti ergine, gara #pdf tti jijjiiruuf nu gargaarudha.

@Text2pdf_bot

channel keenya join fi share gochuu hindagatinaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@samitecno
@free_ict_group
@samitecno
COD-ETยฎ pinned ยซ#Software_Developer #ALX ๐Ÿ‘‰Software Engineering online barachuuf fedhii kan qabdan liinkii armaan gadiin galmaa'uun barumsa isaanii hordofuu dandeessu. ๐Ÿ‘‰Turtiin isaa ji'oota(baatii) 12f kan turu yommuu tahu โœ…Frontend โœ…Backend โœ…Devops Haala bareeda taheenโ€ฆยป
Lakkofsa iccitii bilbila Tecno Spark 5 Air


@samitecno-share and support us

1.*#06# - IMEI (International Mobile Equipment Identity) number
2.*#*#3646633#*#* or *#*#54298#*#* -Engineering Mode (for smartphones based on MTK processor) 3.*#*#4636#*#* - Hidden Android Testing menu (Phone, Battery, WiFi and other)
4.*#*#225#*#* - Check your events in calendar 5.*#*#426#*#* - Google Play services android. 6.*#*#759#*#* - Access to Rlz Debug Ul 7.*#*#36245#*#* - Email debug information 8.*#*#8255#*#* - For Google Talk service monitoring 9.*#*#64663#*#* - Used to launch Hardware Test 10.*#*#7780#*#* - Return to factory setting. 11.*2767*3855# - Reinstall factory ROM 12.*#*#232338#*#* - Displays Wi-Fi Mac-address 13.*#*#34971539#*#* - Show camera information. 14.*#*#1234#*#* - PDA and Phone firmware info 15.*#*#7594#*#* - Changing the power button behavior-Enables direct poweroff once the code enabled 16.*#*#1472365#*#* - For a quick GPS test 17.*#*#273283*255*663282*#*#* - For a quick backup to all your media files
18.*#*#1575#*#* - GPS Test Code 19.*#*#197328640#*#* - Enabling test mode for service activity 20.*#*#0283#*#* - Packet Loopback test
21.*#0228# - battery calibration 22.*#*#232339#*#* OR *#*#526#*#* - Wireless Lan Tests
23.*#*#0*#*#* - LCD display test 24.*#*#3264#*#* - Show Ram version 25.*#*#1111#*#* - FTA Software version 26.*#*#2664#*#* - Touch-Screen test
27.*#*#0588#*#* - Proximity sensor test 28.*#*#8351#*#* - Enables voice dialing logging mode 29.*#*#232331#*#* - Troubleshoot your Bluetooth
30.*#*#232337#*# - Displays Bluetooth address 31.*#*#7262626#*#* - Field test
32.*#*#0289#*#* OR *#*#0673#*#* - Audio test *#*#0842#*#* - Vibration test and BackLight test *#*#2663#*#* - Touch-screen version Tecno Spark 5 Air
*#*#44336#*#* - Displays Build time and change list number *#*#4986*2650468#*#* - PDA, Phone, Hardware, RF Call Date firmware info *#*#8350#*#* - Disables voice dialing logging mode *#*#2222#*#* - FTA hardware

@Samitecno
@free_ict_group

#tecno_spark_secret_code
HTML

GABATE HTML

@samitecno
@free_ict_group