COD-ETยฎ
20.4K subscribers
610 photos
31 videos
122 files
526 links
#COD-ET ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น

๐Ÿ’ป Code โ€ข Learn โ€ข Build
๐Ÿš€ Ethiopiaโ€™s growing developer community

๐ŸŽฏ Tech tips | ๐Ÿ’ก Learning | ๐ŸŒ Web & Apps | ๐ŸŽจ Design | ๐Ÿ’ผ Online opportunities

We build. We learn. We grow. Together.

Smart Code. Smart Security. Ethiopian Soul
Download Telegram
Wayita bilbila haaraa 'smartphone' bitnu wantoota sirriitti adda baafannee beekuu qabnu.

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

1. Processor: nama yeroo hedduu bilbila fayyadamu yoo taane jechuunis photo/video/document fi kkf edit kan goonu akkasumas online video stream kan fayyadamnu taanaan bilbila processor isaa Qualcomm Snapdragon 652 ykn Snapdragon
820/821 ta'e filachuun gaariidha. Namoota kaaniif garuu MediaTek processor filatamaadha .

โœ… kanaafuu bilbila tokko bitu keenyaan duratti processing speed(saffisa inni ittiin hojii kennameef tokko hojjetu) GigaHertz (GHz) dhaan ibsamu sana ilaaluu qabna.

Speed(saffisa) isaa olka'aa taanaan(jechuunis GHz guddaa), processor isaa illee ariifataa ta'a.

2. Camera
Suuraawwan garaa garaa kaasuu akkasumas ofiif illee ka'uuf fedhii kan qabnu taanaan kaameeraan fuulduraa(front) osoo 8MP fi sanaa ol kan duubaa(rare) immoo 12MP ykn 16MP fi sanaa ol tahun isaa filatamaadha.

3. Battery
Bilbila keenyatti nama baayye fayyadamnu yoo taane fi application garaa garaa banuudhaan kan dhimma itti baanu, dabalataanis online video stream ni fayyadamna taanaan smartphone kan battery isaa 4000mAh fi isaa ol tahe ta'uu qaba.
Namoota giddu galeessaan itti fayyadamaniif garuu
3000mAh-3500mAh gahaadha.

4.Memory
Bilbilli keenya memory gosa 2 akka inni qabu beekamaadha.

โˆš Read Only Memory (ROM) fi
โˆš Random Access
Memory (RAM).

๐Ÿ‘‰RAM processor waliin ta'uudhaan operation ykn hojiilee hojjatamanuu fi ariitii bilbila keenyaa murteessuu irratti gahee olaanaa taphata.

๐Ÿ‘‰ROM(internal storage) immo waayee storage(kuusaa) isa ilaallatta. Wantoota akka video, photo, music,files
OS, application fi kkf kuusuuf(store) gochuuf gargaara.

Nama bilbila isaatti baayye dhimma bahuuf
๐Ÿ‘ŒRAM 3GB ykn 4 GB fi ol
๐Ÿ‘ŒROM 32GB ykn 64 GB fi ol gaariidha.

5. Mobile Network
Guyyaa har'aa biyya keenya keessatti 4G bakka baayyetti waan babal'ateef akkasumas interneeta saffisa olaanaan fayyadamuuf bilbila network isa 4G support godhu ykn qabu bituun barbaachisadha.

6. Operating System (OS)
Android fi iOS keessaa tokko filanna, garuu biyya keenya keessatti android baayyinaan gabaa irra waan jiruu fi tajaajila isa illee salphaatti argachuu waan dandeenyuuf filannoon keenya isa osoo tahe gaariidha.

๐Ÿ‘‰Android kun haaromsa(version) garaa garaa waan qabuuf jalqaba sana ilaaluutu nurra jiraata.

๐Ÿ‘‰Android 9 fi Android 10 version (haaromsa) dhiheenyaati waan ta'aniif jarreen kana keessa tokko osoo tahe gaaridha. sababiin isaas application dhiyeenya bahaa jiran android version dhiheenya(latest) tahan qofa irratti dalagu waan taheef.

7. Security
Security kanneen akka fingerprint sensors,face unlock ykn iris sensors osoo qabaatee nageenyummaa barbaachisaa tahe bilbila keenyaaf kennuu danda'a. Irra jireessaan yoo faayila baayyee of eegganno barbaadan kanneen akka
document fi media files jechuunis photo video fi kkf qabaanne ibsitun kun (feature)akka password tti illee dabalataan nu tajaajilu danda'aa

Channel keenya join, like fi share gochuu hindagatina.
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

@samitecno
๐Ÿ”ฅ@free_ict_group๐Ÿ”ฅ
๐Ÿ”ฅThese are the top 10 latest technologies of 2022:๐Ÿ‘

1.Artificial Intelligence.
2.Robotic Process Automation (RPA)
3.Internet of Things (IoT)
4.Intelligent Apps.
5.5G.
6.Machine Learning.
7.Blockchain.
8.Cognitive Computing

๐Ÿ”ฅ@samitecno๐Ÿ”ฅ
๐Ÿ”ฅ@samitecno๐Ÿ”ฅ
๐Ÿ”ฅ@free_ict_group๐Ÿ”ฅ
Kabajamtootaa fi jaalatamtoota maatii school Tech akkam jirtuu?

Harra ammoo #Online_Business tokko isiniif qabannee dhufnee jirra. Business kanas tariitii baayyeen keessan dhageessanittu ta'a. Haa ta'u malee garuu yoo ammallee gara hojii kanaatti hinseenne, akka itti seentanii eegaltanuuf isin gargaara waan ta'eef seeraan dubbisaati irraa fayyadamaa isiniin jenna.

๐Ÿ‘ŒHojiin kunis kaampaanii yeroo dhiyoo asitti biyya keenya seenuun yeroo gabaabaa gidduutti maamiloota miliyoona 2 ol horachuun beekkamtii
guddaa argachaa jiruu waliin kan hojjetamuudha.

๐Ÿ‘‰Dhaabbanni kun maqaan FIAS jedhama. FIAS garee WPP (World's largest advertising communications group) guddicha addunyaa irratti beeksisa hojjechuun beekamu keessaa isa tokko yemmuu tahu teessoo isaa finfinnee godhatee socho'aa kan jirudha.

FIAS kun egaa dhaabbata toora interneetaa(online irratti) social media gurguddaa kanneen akka facebook,youtube,tiktok fi kkf waliin
#partnership uumuun beeksisa hojjechuun kan beekamudha.

๐Ÿ‘‰Dhaabbanni kun Namootaa business gaggeessan akkasumas kaampaaniiwwan garaagaraaf tajaajilaa fi oomishaawwan isaanii
hawaasa biraan ykn namoota hedduu biraan ga'uuf jecha hojii beeksisaa hojjetaaf.

๐Ÿ‘‰Hojii beeksisaa kana hojjechuuf ammoo maamiloota garaagaraa fayyadama. Maamiloota dhaabaticha waliin hojjechuuf galmaa'aniif guyya guyyaan gahee hojii(task) laataaf. Task kennamu kunis salphaadha waan cimu miti. Liinkii Click gochuu qofaan hojii hojjetamuudha. Wayita nuti liinkii click goonuttii karaa like fi follow tiin gara miidiyaawwan fias waliin walii galaniif deemuun #visibility kaampaanicha dabalaaf. kaampaanichi ammo social media sanaaf wayita kaffalu social median sunimmo fias waliin walii galtee waan qabuuf karaa sanaan fias fayyadamaa ta'aa jechuudha.

๐Ÿ‘‰Egaa Beeksisa hojjechuuf namoota garaagaraaf commission kaffaluun gahee hojii qoqqooduun wayita namoonni gahee hojii(task) kennameef hojjetan likes fi follow ta'uun gara kaampaniwwan sanii dhaqqabaan. Dhaabbatichii ammoo wanta argatu kana irra maamiloota isaa of jalatti hojjechiisuuf akkaataa sadarkaa isaaniitiin commision kaffalaaf jechuudha.

Kaffaaltiin maamila FIAS tokkoof kaffalamu sadarkaa maamila sanaa irratti hundaa'a. Sadarkaaleen sunis VIP0,VIP1,VIP2,VIP3,VIP4,VIP5 dha.
VIP0 irraan kan hafee jarreen kaan kaffaltiin ykn bittaan argamuu. Akkasuma galiin jara irraa argamuus olka'aa ta'a jechuudha.

๐Ÿคทโ€โ™‚hojichi hammam amansiisadha gaaffii jedhuuf
๐Ÿ‘Œdhugaa dubbachuuf waliigalteen dhaabbaticha waliin uumamuu tokkolle hinjiru akkasumas yoo rakkoon tokko mudateef dhaabbatichi wabii namaaf ta'uu dhiisuu danda'a.
Haa tahu malee garuu hanga ammatti namoonni hedduun itti gaafatamummaa ofii isaaniiti fudhaachuun dhaabbaticha irratti galmaa'anii baayyeen isaanii irraa milkaa'aa jiruu.

Business ammoo itti gaafatamummaa fudhachuu barbaada waan ta'eef fedhii kan qabdan yoo tahee carraa kana yaalaa isiniin jenna.

Jalqaba irratti Wayita galmooftan kaffaltii homaayyu isin hinbarbaachisu.
Galmaa'uuf liinkii armaan gadiin seenaa

Wayita galmooftan

๐Ÿ‘‰1ffaa: lakkofsa bilbilaa keessan 9 irraa eegala (zero itti hindabalinaa)

๐Ÿ‘‰2ffaa: verification code irratti suuraa fulduruma sana jiru irraa koodii dijiitii sadii itti galcha

๐Ÿ‘‰3ffaa: code itti aanu akkasumatti dhiisaa(invitation code dha)

๐Ÿ‘‰4ffaa: password mataa keessani uummadhaa( digiitii 6 ol tahuu qaba)

๐Ÿ‘‰5ffaa: password olitti uummattan irra deebiin itti galchuun Register jettuun.

๐Ÿ‘Œwayita register gootan "#graphics_verification_code_error" jechuun diduu danda'a. Step 2ffaa irratti verification code fuldura suura jiru irratti cuqaasuun koodii kan biraa isiniif fidaa sana booda isa itti galchuun irra deddeebiin Register yaalaa.

Wanti ifa hintaane yoo jiraatee fi gaaffii yoo qabaattaan nuquunnama.
@yaadabot

galmaa'uuf liinkii armaan gadii keessaa tokko fayyadama.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://fias777.com/#/pages/register?invite_code=HHkszLVj&t=1651657620944

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://fias777.com/#/pages/register?invite_code=B0uaJIeS&t=1651772060575


channel keenya join fi share gochuu hindagatinaa.
@samitecno
@samitecno
COD-ETยฎ pinned ยซKabajamtootaa fi jaalatamtoota maatii school Tech akkam jirtuu? Harra ammoo #Online_Business tokko isiniif qabannee dhufnee jirra. Business kanas tariitii baayyeen keessan dhageessanittu ta'a. Haa ta'u malee garuu yoo ammallee gara hojii kanaatti hinseenneโ€ฆยป
Google Afaan Oromoo dabalatee afaanota Afrikaa kudhaniin tajaajila kennuu eegale

Jaarmiyaan teeknolojii 'Google' afaanota Afrikaa kudhan tajaajila afaan tokkorraa biraatti hiikuu 'Google Translate' jedhamutti akka dabale Roobii kaleessaa beeksise.
Afaanoti Afrikaa tajaajila kana akka fayyadaman dabalamanis Afaan Oromoo, Afaan Tigree, Tiwii, Baambaaraa, Ewee, Kiriyoo, Lingaalaa, Lugaandaa, Sepedii fi Tsoongaa jedhamanii dha.
Bambaaraan, Maalii keessatti namoota afaanicha dubbatan miiliyoona 14 kan qabu yoo tahu, Eween Gaanaa keessatti namoota miiliyoona torba tahaniin dubbatama.
Afaan Oromoo Itoophiyaaa fi Kaaba Keeniyaatti namoota afaanicha dubbatan miiliyoona 37 qaba. Afaan Tigree immoo Ertiraafi Naannoo Tigraayitti namoota miiliyoona saddeetiin dubbatama.
Afaan Lingaalaa Giddugaleessa Afrikaa- Ripaabilika Dimokiraatawaa Koongoo, Angoolaa, fi Sudaan keessatti namoota miiliyoona 47n dubbatama, Afaan Tiwii ammoo Gaanaa keessatti namoota miiliyoona 11n dubbatama.
'Google Translate' tajaajila af-danuu 'Google' dhaan kalqame yoo tahu barreeffama, sanadoota fi marsariitiiwwan afaan tokkorraa gara kaanitti hiika. Tajaajilichi marsariitii fi appii mobaayilii irratti argama.
Abdiisaa Bancaan ogeessa ICT yooo tahu, bara 2006 dhaabbata 'oroict.com' jedhamu hundeessee hojiiwwan teeknolojiidhaan walqabatan hedduu hojjechaa ture.
'Google Translation' irratti Afaan Oromootiin tajaajilli akka jalqabuuf hiikaa jechootaa irratti namoota afaanicha hiikan qindeessaa jira.
Gareen Abdiisaan qindeessu, 'adeemsa hiikkaa jechaa kanarratti, keewwataafi gaaleewwan gara kuma 280 irra geenyeerra,'' jedha.
Yeroo hojiin hiikuun kuni jalqabe hayyoota seer-luga afaanii beekan hirmaachisuuf karoorsanillee qaamota hojii kanaaf deeggarsa gaafatanirraa ijaa hin arganneef namoota intarneetii fayyadamaniifi fedhii qaban qofa akka hirmaachisan hima.
Kanaanis,''hiikkaa hojjetame baayyeensaa namoota fedhii qabaniin malee hayyoota seer-luga afaanichaa beekaniin gatii hin hojjetamneef, hiikkaan kenname sirrii tahuu mirkaneessuutu hojii guddaa fudhate,'' jedha.
Hojii hiikkaa kuma 280 tahu hojjetame keessa gara kuma 220 kan tahu 'validate' ykn sirrii tahuu mirkaneessuu irratti kan xiyyeefate tahuu ibsa.
Hiikkaa jechootaa, gaaleewwanii, fi keewwataan hojjetame gara kuma 60 ammallee sadarkaa hiikkaa namoonni hirmaatan kennan irra akka jiru Abdiisaan nu dubbata.
''Google waggoota shanan darban keessatti afaanota shan qofa afaan hojii isaatti dabale, ji'oota muraasaan dura afaanota gurguddoo 25 akka dabalu yeroo himu, Afaan Oromoos carraa kana argachuu isaan hawaasa keenya bira gammachuu guddaaatu ture,'' jedha.
Dogoggora hiikkaa irratti mul'atu
Abdiisaan hiikkaa kanarratti namoota seer-luga afaanii beekan osoo hin taane, kanneen fedhii qabaniifi afaanichi Google'n tajaajila jalqabuuf jechuun gammadanii warreen hirmaataa turaniin waan dalagamaa tureef dogoggora godhatee jedha.
''Furmaata kennuufis garee uumnee wal-dubbisaa hojjechuuf yaallee turre,'' kan jedhu Abdiisaan, ''hayyoonni yunivarsiitiifi kaan illee hojii hiikkaa kanarratti akka hirmaataniif mootummaa dabalatee qamolee gargaraa gaafannullee hamma yoonaa qabatamaan kan nu gargaare hin jiru,'' jedha.
Google Afaan Oromoon tajaajila jalqabuun maal buusa jechuun kan gaafanne Abdiisaan,''addunyaa teeknolojiidhaan ganda tokko taha, haala jireenya wal-fakkaataa geggeessa jirtu kana keessatti abbaa jabaatetu dabalama,'' jedha
Guddina teeknolojii kanatti dabalamuufis, afaan keenya qabannee deemuu qabna kan jedhu Abdiisaan, ''sababiinsaas afaan keenya qabannee yoo deemne safuu, aadaafi eenyummaa keenya waliin dabalamna, kanaachi garuu Afaan Ingiliizii ykn kaaniin tajaajila kana yoo fayyadamne achumaan eenyummaa keenya dhabuu malla,'' jedha.
Google hanga ammaatti afaanota hiiku 133 kan qabu yoo ta'u, barana ammoo afaanota 24 dabalaa jiraachuu ibseera.

Share and support us

๐Ÿ”ฅ@samitecno ๐Ÿ”ฅ
๐Ÿ”ฅfree_ict_group๐Ÿ”ฅ
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
koompitara irratti Amiriffaan barreessu beektu?
Ariitidhaanis ni barreessitu?

odeeffannoo fayyaduudha waliif share godha.

@free_ict_group

โ—•แˆ€โžญH_แˆโžญHu_แˆ‚โžญHi_แˆƒโžญHa_แˆ„โžญHy_แˆ…โžญHe_แˆ†โžญHo

โ—•แˆˆโžญL_แˆ‰โžญLu_แˆŠโžญLi_แˆ‹โžญLa_แˆŒโžญLy_แˆโžญLe_แˆŽโžญLo

โ–แˆโžญShift+h_แˆ‘โžญShift+hu_แˆ’โžญShift+hi_แˆ“โžญShift+ha_แˆ”โžญShift+hy_แˆ•โžญShift+he_แˆ–โžญShift+ho

โ—•แˆ˜โžญM_แˆ™โžญMu_แˆšโžญMi_แˆ›โžญMa_แˆœโžญMy_แˆโžญMe_แˆžโžญMo

โ–แˆ โžญShift+s_แˆกโžญShift+su_แˆขโžญShift+si_แˆฃโžญShift+sa_แˆคโžญShift+sy_แˆฅโžญShift+se_แˆฆโžญShift+so

โ—•แˆจโžญR_แˆฉโžญRu_แˆชโžญRi_แˆซโžญRa_แˆฌโžญRy_แˆญโžญRe_แˆฎโžญRo

โ—•แˆฐโžญS_แˆฑโžญSu_แˆฒโžญSi_แˆณโžญSa_แˆดโžญSy_แˆตโžญSe_แˆถโžญSo

โ–แˆธโžญShift+s_แˆนโžญShift+su_แˆบโžญShift+si_แˆปโžญShift+sa_แˆผโžญShift+sy_แˆฝโžญShift+se แˆพโžญShift+so

โ—•แ‰€แกโžญQ แ‰แกโžญQu แ‰‚แกโžญQi แ‰ƒแกโžญQa แ‰„แกโžญQy แ‰…แกโžญQe แ‰†แกโžญQo

โ—•แ‰ แกโžญB แ‰กแกโžญBu แ‰ขแกโžญBi แ‰ฃแกโžญBa แ‰คแกโžญBy แ‰ฅแกโžญBe แ‰ฆแกโžญBo

โ—•แ‰ฐแกโžญT แ‰ฑแกโžญTu แ‰ฒแกโžญTi แ‰ณแกโžญTa แ‰ดแกโžญTy แ‰ตแกโžญTe แ‰ถแกโžญTo

โ—• แ‰ธแกโžญC แ‰นแกโžญCu แ‰บแกโžญCi แ‰ปแกโžญCa แ‰ผแกโžญCy แ‰ฝแกโžญCe แ‰พแกโžญCo

โ—•แАแกโžญN แŠ‘แกโžญNu แŠ’แกโžญNi แŠ“แกโžญNa แŠ”แกโžญNy แŠ•แกโžญNe แŠ–แกโžญNo

โแŠ˜แกโžญShift +n แŠ™แกโžญShift +nu แŠšโžญShift+ni แŠ›แกโžญShift +na แŠœแกโžญShift +ny แŠแกโžญShift + ne แŠžแกโžญShift +no

โ—•แŠจแกโžญKa แŠฉแกโžญKu แŠชแกโžญKi แŠซแกโžญKa แŠฌแกโžญKy แŠญแกโžญKe แŠฎแกโžญKo

โ– แŠธ โ˜›capslock + Shift + h
แŠน โ˜›capslock + Shift + hu
แŠบ โ˜›capslock + Shift + hi
แŠป โ˜›Capslock + Shift + ha
แŠผ โ˜›Capslock + Shift + hy
แŠฝ โ˜›Capslock + Shift + he
แŠพ โ˜›Capslock + Shift + ho

โแŠ€แกโžญ Capslock + H แЁแกโžญ Capslock + HU แŠ‚แกโžญCapslock + HI แŠƒแกโžญCapslock + HA แŠ„แกโžญCapslock + HY แŠ…แกโžญCapslock + HE แІแกโžญCapslock + HO

โแŠ แกโžญCapslock X แŠกแกโžญXu แŠขแกโžญXi แŠฃแกโžญXa แŠคแกโžญXy แŠฅแกโžญXe แŠฆแกโžญXoDe

โ–แ‹แกโžญShift +x แ‹‘แกโžญShift +xu แ‹’โžญShift +xi แ‹“แกโžญShift +xa แ‹”โžญShift +xy แ‹•แกโžญShift +xe แ‹–โžญShift +xo

โœชแ‹ˆแกโžญW แ‹‰แกโžญWu แ‹ŠแกโžญWi แ‹‹แกโžญWa แ‹ŒแกโžญWy แ‹แกโžญWe แ‹Žแกโžญwo

โœชแ‹˜แกโžญZ แ‹™แกโžญZu แ‹šแกโžญZi แ‹›แกโžญZa แ‹œแกโžญZy แ‹แกโžญZe แ‹žแกโžญZo

โแ‹ แกโžญShift + Z แ‹กแกโžญShift + Zu แ‹ขแกโžญShift + Zi แ‹ฃแกโžญShift +Zaแ‹คแกโžญShift + Zy แ‹ฅแกโžญShift +Ze แ‹ฆแกโžญShift + Zo

โœชแˆแกโžญF แ‰โžญFu แŠแกโžญFi แ‹แกโžญFa แŒแกโžญFy แแกโžญFe แŽแกโžญFo

โœช แแกโžญP แ‘แกโžญPu แ’แกโžญPi แ“แกโžญPa แ”แกโžญPy แ•แกโžญPe แ–แกโžญPo

โœชแŒˆแกโžญG แŒ‰แกโžญGu แŒŠแกโžญGi แŒ‹แกโžญGa แŒŒแกโžญGy แŒแกโžญGe แŒŽแกโžญGo

โœชแ‹ฐแกโžญD แ‹ฑแกโžญDu แ‹ฒแกโžญDi แ‹ณแกโžญDa แ‹ดแกโžญDy แ‹ตแกโžญแ‹ถแกDo

โแŒ แกโžญShift + t แŒกแกโžญShift + tu แŒขแกโžญShift + ti แŒฃแกโžญShift+ta แŒคแกโžญShift + ty แŒฅแกโžญShift + te แŒฆแกโžญShift + to

โแŒจแกโžญShift +c แŒฉแกโžญShift +cu แŒชแกโžญShift +ci แŒซแกโžญShift+caแŒฌแกโžญShift +cy แŒญแกโžญShift +ce แŒฎ: โžญShift +co

โแŒธแกโžญCapslock + t แŒนแกโžญCapslock + tu แŒบแกโžญCapslock + ti แŒปแกโžญCapslock + ta แŒผแกโžญCapslock + ty แŒฝแกโžญCapslock + t แŒพแกโžญCapslock + to

โ– แ€โžญโ˜žCapslock+Shift+t
แโžญโ˜žCapslock+Shift+tu
แ‚โžญโ˜žCapslock + Shift + ti
แƒโžญโ˜žCapslock + Shift + t
แ„โžญโ˜žCapslock + Shift + ty
แ…โžญโ˜žCapslock + Shift + te
แ†โžญโ˜žCapslock + Shift + to

โœชแŒ€แกโžญJ แŒแกโžญGu แŒ‚แกโžญJi แŒƒแกโžญGa แŒ„แกโžญGy แŒ…แกโžญGe แŒ†แกโžญJo

โœชแ‰จแกโžญV แ‰ฉแกโžญVu แ‰ชแกโžญVi แ‰ซแกโžญVa แ‰ฌแกโžญVy แ‰ญแกโžญVe แ‰ฎแกโžญVo
โ–โ–โ–โ–โ–โ–โ–โ–โ–โ–

แ‰‹โžญCapslock+qwa แ‰งโžญCapslock+bwa
แ‰ทโžญCapslock+twa
แŠŸโžญCapslock +Shift+nwa
แ‰ฟโžญCapslock+cwa แˆŸโžญCapslock+mwa
แ‰ทโžญCapslock+twa แŒ“โžญCapslock gwa
แโžญCapslock+fwa แˆฏโžญCapslock +rwa แ‹ทโžญCapslock+dwa แ‰ฏโžญCapslock+vwa แŠ‹โžญCapslock+hwa แ‹ŸโžญCapslock+zwa แ‹งโžญCapslock+Shif+zwa
แŠ—โžญCapslock+nwa แˆโžญCapslock+lwa
แŠณโžญCapslock+kwa แˆทโžญCapslock+swa
แŒ‡โžญCapslock+jwa แŒงโžญCapslock+twa

@samitecno
share ๐Ÿค–
๐Ÿ‘2โค1
Forwarded from Urael Tech
Indaastiriin Kawaasaakii Jaappaan roobootii miila afurii maanguddoota tumsu hojjechuun beeksise.
ยฉ Fana
โ€“ Indaastiriin Kawaasaakii Jaappaan kutaalee hawaasaa umriidhaan dullooman kan gargaaruu dandaโ€™u roobootii miila afurii hojjechuu beeksiseera. Moggaasa maqaa โ€œBeeksiโ€ kan qabu roobootiin kun miilaa afuriin sochoโ€™uu fi lafarraa saffisaan imaluu dandaโ€™a jedhameera. Roobootichi sababa dullumaan namoota bakkaa bakkatti sochoโ€™uu hindandeenye tumsuuf garagaara jedhameera.
#update

Wayita bilbila haaraa 'smartphone' bitnu wantoota sirriitti adda baafannee beekuu qabnu.

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

1. Processor: nama yeroo hedduu bilbila fayyadamu yoo taane jechuunis photo/video/document fi kkf edit kan goonu akkasumas online video stream kan fayyadamnu taanaan bilbila processor isaa Qualcomm Snapdragon 652 ykn Snapdragon
820/821 ta'e filachuun gaariidha. Namoota kaaniif garuu MediaTek processor filatamaadha .

โœ… kanaafuu bilbila tokko bitu keenyaan duratti processing speed(saffisa inni ittiin hojii kennameef tokko hojjetu) GigaHertz (GHz) dhaan ibsamu sana ilaaluu qabna.

Speed(saffisa) isaa olka'aa taanaan(jechuunis GHz guddaa), processor isaa illee ariifataa ta'a.

2. Camera
Suuraawwan garaa garaa kaasuu akkasumas ofiif illee ka'uuf fedhii kan qabnu taanaan kaameeraan fuulduraa(front) osoo 8MP fi sanaa ol kan duubaa(rare) immoo 12MP ykn 16MP fi sanaa ol tahun isaa filatamaadha.

3. Battery
Bilbila keenyatti nama baayye fayyadamnu yoo taane fi application garaa garaa banuudhaan kan dhimma itti baanu, dabalataanis online video stream ni fayyadamna taanaan smartphone kan battery isaa 4000mAh fi isaa ol tahe ta'uu qaba.
Namoota giddu galeessaan itti fayyadamaniif garuu
3000mAh-3500mAh gahaadha.

4.Memory
Bilbilli keenya memory gosa 2 akka inni qabu beekamaadha.

โˆš Read Only Memory (ROM) fi
โˆš Random Access
Memory (RAM).

๐Ÿ‘‰RAM processor waliin ta'uudhaan operation ykn hojiilee hojjatamanuu fi ariitii bilbila keenyaa murteessuu irratti gahee olaanaa taphata.

๐Ÿ‘‰ROM(internal storage) immo waayee storage(kuusaa) isa ilaallatta. Wantoota akka video, photo, music,files
OS, application fi kkf kuusuuf(store) gochuuf gargaara.

Nama bilbila isaatti baayye dhimma bahuuf
๐Ÿ‘ŒRAM 3GB ykn 4 GB fi ol
๐Ÿ‘ŒROM 32GB ykn 64 GB fi ol gaariidha.

5. Mobile Network
Guyyaa har'aa biyya keenya keessatti 4G bakka baayyetti waan babal'ateef akkasumas interneeta saffisa olaanaan fayyadamuuf bilbila network isa 4G support godhu ykn qabu bituun barbaachisadha.

6. Operating System (OS)
Android fi iOS keessaa tokko filanna, garuu biyya keenya keessatti android baayyinaan gabaa irra waan jiruu fi tajaajila isa illee salphaatti argachuu waan dandeenyuuf filannoon keenya isa osoo tahe gaariidha.

๐Ÿ‘‰Android kun haaromsa(version) garaa garaa waan qabuuf jalqaba sana ilaaluutu nurra jiraata.

๐Ÿ‘‰Android 9 fi Android 10 version (haaromsa) dhiheenyaati waan ta'aniif jarreen kana keessa tokko osoo tahe gaaridha. sababiin isaas application dhiyeenya bahaa jiran android version dhiheenya(latest) tahan qofa irratti dalagu waan taheef.

7. Security
Security kanneen akka fingerprint sensors,face unlock ykn iris sensors osoo qabaatee nageenyummaa barbaachisaa tahe bilbila keenyaaf kennuu danda'a. Irra jireessaan yoo faayila baayyee of eegganno barbaadan kanneen akka
document fi media files jechuunis photo video fi kkf qabaanne ibsitun kun (feature)akka password tti illee dabalataan nu tajaajilu danda'aa

Channel keenya join, like fi share gochuu hindagatina.
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

@samitecno
๐Ÿ”ฅ@free_ict_group๐Ÿ”ฅ
#update

๐Ÿคทโ€โ™‚๐Ÿคทโ€โ™‚WiFi connect nuuf tahee jiru bilbila keenya qofa fayyadamuun akkamittiin password isaa beekuu dandeenya ??


๐Ÿ‘ŒJalqaba irratti bilbilli keenya Smart kan tahee fi QR code kan ofirraa qabuu tahuu qaba. Erga kana mirkaneeffannee booda steeppiiwwan armaan gadii hordofuun password WiFi sanii salphaatti beekuu dandeenya.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

#Step_1: Wifi connect nuuf tahee jiru irratti cuqaasna

#Step_2: QR Code isiniif dhufu screenshot kaasaa(akkaataa setting bilbilaa bilbilaatti garaa gar tahuu dandaha)

#Step_3: Chrome ykn internet browser qabdan banuun https://zxing.org/w/decode.jspx jechuun search gochuun banuu.

#Step_4: Choose file cuqaasuun QR Code screenshoot goone san faayila keessaa filachuun itti galchina.

#Step_5: fuuldura isaa submit kan jedhu irratti cuqaasna.

#Step_6: Odeeffannoo guutuu WiFi sanii nuuf baasa. Password kan nuti argannuu dhuma irratti #parsed_result kan jedhutu jira isa fuuldura #false kan jedhuu olitti arganna jechuudha.

Galatoomaa ๐Ÿ™
Channel keenya Join gochuun Odeeffannoowwan teeknooloojii haarawa ta'an guyya guyyaan akkaataa itti fayyadama isaanii waliin argachuu ni dandeessu
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@samitecno
@samitecno

โค๏ธ๐Ÿ‘
๐Ÿ‘1
Messages in this channel will be automatically deleted after 1 week
Messages in this channel will no longer be automatically deleted
๐Ÿคทโ€โ™‚๐Ÿคทโ€โ™‚Windows 10 irratti akkamittiin partition haaraa uumuu dandeenya??
Steeppiiwwan armaan gadii hordofaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

#Step_1: This Pc irratti cuqaasa mirgaa(right click) gochuun #manage kan jedhu filachuu.

#Step_2: Tarreeffamoota toora bitaa irra jiran keessaa Disk Management irratti cuqaasuun banuu.

#Step_3: Disk kan irraa partition uumuu barbaannu filachuu(fkn:C)

#Step_4: Gara gadii irratti Disk irraaa partition uumuuf deemnu irratti cuqaasa mirgaa(right click) gochuun #Shrink_Volume filachu.

#Step_5: Hamma(Size isaa MB dhaan) shrink gochuu akka feenu wayita nu gaafatutti daangaa inni nuuf kaayee gaditti haga feene itti galchuun #Shrink jennaan.

#Step_6: Saanduqa haaraa gara gadii nuuf dhufu irratti cuqaasa mirgaa gochuun #New_Simple_Volume filanna.

#Step_7: Itti aansuun Next Next jennaan. Drive letter barbaanne filachuun(fkn:D) next jennaan.

#Step_8: Format this volume with the following settings filachuun(select) next jennaan. Dhuma irratti finish jechuun xumurra. Amma milkaa'inaan partition haaraa uummanne jirra.

Hub: Yoo ballessuu feene ammoo partition haaraa uumne irratti cuqaasa mirgaa gochuun delete volume filanneetu yes jennaan.

Itti aansuun partition isa duraan irraa uummanne irratti cuqaasa mirgaa gochuun #extend_volume jechuun sana booda next jenne dhuma irratti finish jechuun gara duraaniitti deebisuun isa haaraa kana haquu dandeenya jechuudha.
xumure Galatoomaa.

channel keenya join fi share gochuu hindagatinaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@samitecno
@samitecno
@samitecno
Bot telegram barbaachisoo

@samitecno

1. OpenMember
2. InviteMember
3. Gameboy
4. Skeddy
5. File to Bot
6. Get Media Bot
7. Feed Reader Bot
8. FB Video Download Bot
9. Sticker Download Bot
10. Tweet It Bot
11. Poster Bot
12. Movies Tracker
13. NewsBot
14. AppFollow Bot
15.  GitHub Release Bot
16. Babelgram Bot
17. Dr. Web Bot
18. IFTTT โ€“ If This Then That Bot
19. URL Shortner Bot
20. Meme Auto Bot
21. File Converter Bot
22. URL2IMG Bot
23. Drop Mail Bot

Channel Fi group kenyaa join gochuun maatii channel kenyaa ta'aa

@samitecno
@free_ict_group
COD-ETยฎ pinned ยซBot telegram barbaachisoo @samitecno 1. OpenMember 2. InviteMember 3. Gameboy 4. Skeddy 5. File to Bot 6. Get Media Bot 7. Feed Reader Bot 8. FB Video Download Bot 9. Sticker Download Bot 10. Tweet It Bot 11. Poster Bot 12. Movies Tracker 13. NewsBot 14.โ€ฆยป
Forwarded from Samiโ‘ 
Channel kun sii fayyaderaa ?
Anonymous Quiz
86%
A.eyye
14%
B.lakki
Forwarded from Samiโ‘ 
Yaada keessaniif gudda galatoma Itti fufneerra...๐Ÿš
Anonymous Quiz
69%
GALATOMAA๐Ÿ˜
31%
ISIIN JAALLANNA๐Ÿƒ
#Software_Developer
#ALX
๐Ÿ‘‰Software Engineering online barachuuf fedhii kan qabdan liinkii armaan gadiin galmaa'uun barumsa isaanii hordofuu dandeessu.

๐Ÿ‘‰Turtiin isaa ji'oota(baatii) 12f kan turu yommuu tahu
โœ…Frontend
โœ…Backend
โœ…Devops
Haala bareeda taheen barsiisu.

๐Ÿ‘‰Barnoota jarri gadi fageenyaan barsiisan keessaa muraasni isaa kan armaan gadiiti.
#C_programming
#graphic_programming
#Unix_programming
#data_structures_and_algorithms
#reverse_engineering_and_security
#python
#Object_Oriented_Programming
#Database
#Linux
#soft_skills
#front_end_web_development
#backend_Web_development

๐Ÿ‘ŒBarnoota isaanii haalaan hordoftanii wayita xumurtanitti #certificate ille isiiniif kennu.
Liinkii galmee
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://www.alxethiopia.com/programme_post/full-stack-software-engineer/

channel keenya join fi share gochuu hindagatinaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@samitecno
@free_ict_group
๐Ÿ‘‰ Bootii barreeffama #text dhaan itti ergine, gara #pdf tti jijjiiruuf nu gargaarudha.

@Text2pdf_bot

channel keenya join fi share gochuu hindagatinaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@samitecno
@free_ict_group
@samitecno
COD-ETยฎ pinned ยซ#Software_Developer #ALX ๐Ÿ‘‰Software Engineering online barachuuf fedhii kan qabdan liinkii armaan gadiin galmaa'uun barumsa isaanii hordofuu dandeessu. ๐Ÿ‘‰Turtiin isaa ji'oota(baatii) 12f kan turu yommuu tahu โœ…Frontend โœ…Backend โœ…Devops Haala bareeda taheenโ€ฆยป