COD-ET®
20.4K subscribers
610 photos
31 videos
122 files
529 links
#COD-ET 🇪🇹

💻 Code • Learn • Build
🚀 Ethiopia’s growing developer community

🎯 Tech tips | 💡 Learning | 🌐 Web & Apps | 🎨 Design | 💼 Online opportunities

We build. We learn. We grow. Together.

Smart Code. Smart Security. Ethiopian Soul
Download Telegram
t_group
Maloota 7'n ariitii computer keenyaa ittiin dabaluu dandeenyu
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

1: Computer keessan wayita banutti sooftiweeronni ofiin banaman kan jiran yoo tahe #task_manager banuun #startup keessaa disable godha.

2: Computer keessan haalaan  banee hanga xumurutti application banuufis tahe xuxxuquuf hin yaalina .

3: Suuraa #size isaa guddaa ykn olaanaa tahe wallpaper dhaaf hinfayyadamina.

4: Application tokko itti fayyadamtanii xumuruun erga cuftanii booda desktop keessan refresh godha. Kunis RAM keenya bakka bal'aa akka argatuuf gargaara

5: Sooftiweerota itti hinfayyadamne yoo jiraate computer keessan irra haqaa(uninstall)godhaa.

6: Recycle bin keessan yeroo hunda qulqulleesssa.

7: Software hedduu si'a takkatti walfaana hinbaninaa.

Channel keenya Join gochuun Odeeffannoowwan teeknooloojii haarawa ta'an guyya guyyaan akkaataa itti fayyadama isaanii waliin argachuu
dandeessu.
👇👇👇👇👇
@samitecno
@samitecno
@samitecno
Roadmap for becoming Back-End Developer in 2022

Learn the basics of Internet

1. How does the internet work?
2. What is HTTP & HTTPS?
3. What is Domain Name?
4. What is IP Address?
5. DNS and how it works?
6. What is hosting?
7. What is SMTP?

Basics of front-end languages

1. HTML
2. CSS
3. JavaScript

Learn a back-end language

1. PHP
2. NodeJS
3. Ruby On Rails
4. Python
5. Go
5. C#

Just learn anyone of the above language but make sure you have in-depth understanding of that language.

I will recommend NodeJs or PHP.

Learn Version Control System

1. Basic Git Commands
2. Repo hosting services
I. GitHub
II. Gitlab
III. Bitbucket

github is most popular and widely used among all of them

Learn about Relational Databases

1. MySQL
2. PostgreSQL
3. MariaDB
4. MS SQL
5. Oracle

MySQL is the most popular one.

Learn about NoSQL databases

1. MongoDB
2. RethinkDB
3. CouchDB
4. DynamoDB

NoSQL are very popular databases. Many startups are opting for NoSQL databases instead of SQL databases.

Learn About APIs

1. REST
2. JSON APIs
3. HATOAS
4. Open API Spec and Swagger
5. Authentication
6. GraphQL

Learn about caching

1. CDN (Cloud Delivery Network)
2. Server-side caching
I. Redis
II. Memcached
3. Client-side caching

Web Servers

1. Nginx
2. Apache
3. Reverse Proxy

Understand web security

1. Hashing Algorithm
I. MD5
II. SHA Family
III. Scrypt
IV. Bcrypt
2. HTTPS
3. CORS
4. SSL/TLS

Learn testing

1. Integration Testing
2. Unit Testing
3. Functional Testing

Containerization / Virtualization

1. Docker
2. Kubernetes
3. rkt

Architectural Patterns

1. Monolithic
2. Microservices
3. Serverless
4. Scaling (Horizontal & Vertical)
5. Load Balancers


@samitecno
Wayita bilbila haaraa 'smartphone' bitnu wantoota sirriitti adda baafannee beekuu qabnu.

👇👇👇👇👇👇👇👇

1. Processor: nama yeroo hedduu bilbila fayyadamu yoo taane jechuunis photo/video/document fi kkf edit kan goonu akkasumas online video stream kan fayyadamnu taanaan bilbila processor isaa Qualcomm Snapdragon 652 ykn Snapdragon
820/821 ta'e filachuun gaariidha. Namoota kaaniif garuu MediaTek processor filatamaadha .

kanaafuu bilbila tokko bitu keenyaan duratti processing speed(saffisa inni ittiin hojii kennameef tokko hojjetu) GigaHertz (GHz) dhaan ibsamu sana ilaaluu qabna.

Speed(saffisa) isaa olka'aa taanaan(jechuunis GHz guddaa), processor isaa illee ariifataa ta'a.

2. Camera
Suuraawwan garaa garaa kaasuu akkasumas ofiif illee ka'uuf fedhii kan qabnu taanaan kaameeraan fuulduraa(front) osoo 8MP fi sanaa ol kan duubaa(rare) immoo 12MP ykn 16MP fi sanaa ol tahun isaa filatamaadha.

3. Battery
Bilbila keenyatti nama baayye fayyadamnu yoo taane fi application garaa garaa banuudhaan kan dhimma itti baanu, dabalataanis online video stream ni fayyadamna taanaan smartphone kan battery isaa 4000mAh fi isaa ol tahe ta'uu qaba.
Namoota giddu galeessaan itti fayyadamaniif garuu
3000mAh-3500mAh gahaadha.

4.Memory
Bilbilli keenya memory gosa 2 akka inni qabu beekamaadha.

√ Read Only Memory (ROM) fi
√ Random Access
Memory (RAM).

👉RAM processor waliin ta'uudhaan operation ykn hojiilee hojjatamanuu fi ariitii bilbila keenyaa murteessuu irratti gahee olaanaa taphata.

👉ROM(internal storage) immo waayee storage(kuusaa) isa ilaallatta. Wantoota akka video, photo, music,files
OS, application fi kkf kuusuuf(store) gochuuf gargaara.

Nama bilbila isaatti baayye dhimma bahuuf
👌RAM 3GB ykn 4 GB fi ol
👌ROM 32GB ykn 64 GB fi ol gaariidha.

5. Mobile Network
Guyyaa har'aa biyya keenya keessatti 4G bakka baayyetti waan babal'ateef akkasumas interneeta saffisa olaanaan fayyadamuuf bilbila network isa 4G support godhu ykn qabu bituun barbaachisadha.

6. Operating System (OS)
Android fi iOS keessaa tokko filanna, garuu biyya keenya keessatti android baayyinaan gabaa irra waan jiruu fi tajaajila isa illee salphaatti argachuu waan dandeenyuuf filannoon keenya isa osoo tahe gaariidha.

👉Android kun haaromsa(version) garaa garaa waan qabuuf jalqaba sana ilaaluutu nurra jiraata.

👉Android 9 fi Android 10 version (haaromsa) dhiheenyaati waan ta'aniif jarreen kana keessa tokko osoo tahe gaaridha. sababiin isaas application dhiyeenya bahaa jiran android version dhiheenya(latest) tahan qofa irratti dalagu waan taheef.

7. Security
Security kanneen akka fingerprint sensors,face unlock ykn iris sensors osoo qabaatee nageenyummaa barbaachisaa tahe bilbila keenyaaf kennuu danda'a. Irra jireessaan yoo faayila baayyee of eegganno barbaadan kanneen akka
document fi media files jechuunis photo video fi kkf qabaanne ibsitun kun (feature)akka password tti illee dabalataan nu tajaajilu danda'aa

Channel keenya join, like fi share gochuu hindagatina.
🙏🙏🙏👇👇👇🙏🙏🙏

@samitecno
🔥@free_ict_group🔥
🔥These are the top 10 latest technologies of 2022:👏

1.Artificial Intelligence.
2.Robotic Process Automation (RPA)
3.Internet of Things (IoT)
4.Intelligent Apps.
5.5G.
6.Machine Learning.
7.Blockchain.
8.Cognitive Computing

🔥@samitecno🔥
🔥@samitecno🔥
🔥@free_ict_group🔥
Kabajamtootaa fi jaalatamtoota maatii school Tech akkam jirtuu?

Harra ammoo #Online_Business tokko isiniif qabannee dhufnee jirra. Business kanas tariitii baayyeen keessan dhageessanittu ta'a. Haa ta'u malee garuu yoo ammallee gara hojii kanaatti hinseenne, akka itti seentanii eegaltanuuf isin gargaara waan ta'eef seeraan dubbisaati irraa fayyadamaa isiniin jenna.

👌Hojiin kunis kaampaanii yeroo dhiyoo asitti biyya keenya seenuun yeroo gabaabaa gidduutti maamiloota miliyoona 2 ol horachuun beekkamtii
guddaa argachaa jiruu waliin kan hojjetamuudha.

👉Dhaabbanni kun maqaan FIAS jedhama. FIAS garee WPP (World's largest advertising communications group) guddicha addunyaa irratti beeksisa hojjechuun beekamu keessaa isa tokko yemmuu tahu teessoo isaa finfinnee godhatee socho'aa kan jirudha.

FIAS kun egaa dhaabbata toora interneetaa(online irratti) social media gurguddaa kanneen akka facebook,youtube,tiktok fi kkf waliin
#partnership uumuun beeksisa hojjechuun kan beekamudha.

👉Dhaabbanni kun Namootaa business gaggeessan akkasumas kaampaaniiwwan garaagaraaf tajaajilaa fi oomishaawwan isaanii
hawaasa biraan ykn namoota hedduu biraan ga'uuf jecha hojii beeksisaa hojjetaaf.

👉Hojii beeksisaa kana hojjechuuf ammoo maamiloota garaagaraa fayyadama. Maamiloota dhaabaticha waliin hojjechuuf galmaa'aniif guyya guyyaan gahee hojii(task) laataaf. Task kennamu kunis salphaadha waan cimu miti. Liinkii Click gochuu qofaan hojii hojjetamuudha. Wayita nuti liinkii click goonuttii karaa like fi follow tiin gara miidiyaawwan fias waliin walii galaniif deemuun #visibility kaampaanicha dabalaaf. kaampaanichi ammo social media sanaaf wayita kaffalu social median sunimmo fias waliin walii galtee waan qabuuf karaa sanaan fias fayyadamaa ta'aa jechuudha.

👉Egaa Beeksisa hojjechuuf namoota garaagaraaf commission kaffaluun gahee hojii qoqqooduun wayita namoonni gahee hojii(task) kennameef hojjetan likes fi follow ta'uun gara kaampaniwwan sanii dhaqqabaan. Dhaabbatichii ammoo wanta argatu kana irra maamiloota isaa of jalatti hojjechiisuuf akkaataa sadarkaa isaaniitiin commision kaffalaaf jechuudha.

Kaffaaltiin maamila FIAS tokkoof kaffalamu sadarkaa maamila sanaa irratti hundaa'a. Sadarkaaleen sunis VIP0,VIP1,VIP2,VIP3,VIP4,VIP5 dha.
VIP0 irraan kan hafee jarreen kaan kaffaltiin ykn bittaan argamuu. Akkasuma galiin jara irraa argamuus olka'aa ta'a jechuudha.

🤷‍♂hojichi hammam amansiisadha gaaffii jedhuuf
👌dhugaa dubbachuuf waliigalteen dhaabbaticha waliin uumamuu tokkolle hinjiru akkasumas yoo rakkoon tokko mudateef dhaabbatichi wabii namaaf ta'uu dhiisuu danda'a.
Haa tahu malee garuu hanga ammatti namoonni hedduun itti gaafatamummaa ofii isaaniiti fudhaachuun dhaabbaticha irratti galmaa'anii baayyeen isaanii irraa milkaa'aa jiruu.

Business ammoo itti gaafatamummaa fudhachuu barbaada waan ta'eef fedhii kan qabdan yoo tahee carraa kana yaalaa isiniin jenna.

Jalqaba irratti Wayita galmooftan kaffaltii homaayyu isin hinbarbaachisu.
Galmaa'uuf liinkii armaan gadiin seenaa

Wayita galmooftan

👉1ffaa: lakkofsa bilbilaa keessan 9 irraa eegala (zero itti hindabalinaa)

👉2ffaa: verification code irratti suuraa fulduruma sana jiru irraa koodii dijiitii sadii itti galcha

👉3ffaa: code itti aanu akkasumatti dhiisaa(invitation code dha)

👉4ffaa: password mataa keessani uummadhaa( digiitii 6 ol tahuu qaba)

👉5ffaa: password olitti uummattan irra deebiin itti galchuun Register jettuun.

👌wayita register gootan "#graphics_verification_code_error" jechuun diduu danda'a. Step 2ffaa irratti verification code fuldura suura jiru irratti cuqaasuun koodii kan biraa isiniif fidaa sana booda isa itti galchuun irra deddeebiin Register yaalaa.

Wanti ifa hintaane yoo jiraatee fi gaaffii yoo qabaattaan nuquunnama.
@yaadabot

galmaa'uuf liinkii armaan gadii keessaa tokko fayyadama.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://fias777.com/#/pages/register?invite_code=HHkszLVj&t=1651657620944

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://fias777.com/#/pages/register?invite_code=B0uaJIeS&t=1651772060575


channel keenya join fi share gochuu hindagatinaa.
@samitecno
@samitecno
COD-ET® pinned «Kabajamtootaa fi jaalatamtoota maatii school Tech akkam jirtuu? Harra ammoo #Online_Business tokko isiniif qabannee dhufnee jirra. Business kanas tariitii baayyeen keessan dhageessanittu ta'a. Haa ta'u malee garuu yoo ammallee gara hojii kanaatti hinseenne…»
Google Afaan Oromoo dabalatee afaanota Afrikaa kudhaniin tajaajila kennuu eegale

Jaarmiyaan teeknolojii 'Google' afaanota Afrikaa kudhan tajaajila afaan tokkorraa biraatti hiikuu 'Google Translate' jedhamutti akka dabale Roobii kaleessaa beeksise.
Afaanoti Afrikaa tajaajila kana akka fayyadaman dabalamanis Afaan Oromoo, Afaan Tigree, Tiwii, Baambaaraa, Ewee, Kiriyoo, Lingaalaa, Lugaandaa, Sepedii fi Tsoongaa jedhamanii dha.
Bambaaraan, Maalii keessatti namoota afaanicha dubbatan miiliyoona 14 kan qabu yoo tahu, Eween Gaanaa keessatti namoota miiliyoona torba tahaniin dubbatama.
Afaan Oromoo Itoophiyaaa fi Kaaba Keeniyaatti namoota afaanicha dubbatan miiliyoona 37 qaba. Afaan Tigree immoo Ertiraafi Naannoo Tigraayitti namoota miiliyoona saddeetiin dubbatama.
Afaan Lingaalaa Giddugaleessa Afrikaa- Ripaabilika Dimokiraatawaa Koongoo, Angoolaa, fi Sudaan keessatti namoota miiliyoona 47n dubbatama, Afaan Tiwii ammoo Gaanaa keessatti namoota miiliyoona 11n dubbatama.
'Google Translate' tajaajila af-danuu 'Google' dhaan kalqame yoo tahu barreeffama, sanadoota fi marsariitiiwwan afaan tokkorraa gara kaanitti hiika. Tajaajilichi marsariitii fi appii mobaayilii irratti argama.
Abdiisaa Bancaan ogeessa ICT yooo tahu, bara 2006 dhaabbata 'oroict.com' jedhamu hundeessee hojiiwwan teeknolojiidhaan walqabatan hedduu hojjechaa ture.
'Google Translation' irratti Afaan Oromootiin tajaajilli akka jalqabuuf hiikaa jechootaa irratti namoota afaanicha hiikan qindeessaa jira.
Gareen Abdiisaan qindeessu, 'adeemsa hiikkaa jechaa kanarratti, keewwataafi gaaleewwan gara kuma 280 irra geenyeerra,'' jedha.
Yeroo hojiin hiikuun kuni jalqabe hayyoota seer-luga afaanii beekan hirmaachisuuf karoorsanillee qaamota hojii kanaaf deeggarsa gaafatanirraa ijaa hin arganneef namoota intarneetii fayyadamaniifi fedhii qaban qofa akka hirmaachisan hima.
Kanaanis,''hiikkaa hojjetame baayyeensaa namoota fedhii qabaniin malee hayyoota seer-luga afaanichaa beekaniin gatii hin hojjetamneef, hiikkaan kenname sirrii tahuu mirkaneessuutu hojii guddaa fudhate,'' jedha.
Hojii hiikkaa kuma 280 tahu hojjetame keessa gara kuma 220 kan tahu 'validate' ykn sirrii tahuu mirkaneessuu irratti kan xiyyeefate tahuu ibsa.
Hiikkaa jechootaa, gaaleewwanii, fi keewwataan hojjetame gara kuma 60 ammallee sadarkaa hiikkaa namoonni hirmaatan kennan irra akka jiru Abdiisaan nu dubbata.
''Google waggoota shanan darban keessatti afaanota shan qofa afaan hojii isaatti dabale, ji'oota muraasaan dura afaanota gurguddoo 25 akka dabalu yeroo himu, Afaan Oromoos carraa kana argachuu isaan hawaasa keenya bira gammachuu guddaaatu ture,'' jedha.
Dogoggora hiikkaa irratti mul'atu
Abdiisaan hiikkaa kanarratti namoota seer-luga afaanii beekan osoo hin taane, kanneen fedhii qabaniifi afaanichi Google'n tajaajila jalqabuuf jechuun gammadanii warreen hirmaataa turaniin waan dalagamaa tureef dogoggora godhatee jedha.
''Furmaata kennuufis garee uumnee wal-dubbisaa hojjechuuf yaallee turre,'' kan jedhu Abdiisaan, ''hayyoonni yunivarsiitiifi kaan illee hojii hiikkaa kanarratti akka hirmaataniif mootummaa dabalatee qamolee gargaraa gaafannullee hamma yoonaa qabatamaan kan nu gargaare hin jiru,'' jedha.
Google Afaan Oromoon tajaajila jalqabuun maal buusa jechuun kan gaafanne Abdiisaan,''addunyaa teeknolojiidhaan ganda tokko taha, haala jireenya wal-fakkaataa geggeessa jirtu kana keessatti abbaa jabaatetu dabalama,'' jedha
Guddina teeknolojii kanatti dabalamuufis, afaan keenya qabannee deemuu qabna kan jedhu Abdiisaan, ''sababiinsaas afaan keenya qabannee yoo deemne safuu, aadaafi eenyummaa keenya waliin dabalamna, kanaachi garuu Afaan Ingiliizii ykn kaaniin tajaajila kana yoo fayyadamne achumaan eenyummaa keenya dhabuu malla,'' jedha.
Google hanga ammaatti afaanota hiiku 133 kan qabu yoo ta'u, barana ammoo afaanota 24 dabalaa jiraachuu ibseera.

Share and support us

🔥@samitecno 🔥
🔥free_ict_group🔥
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
koompitara irratti Amiriffaan barreessu beektu?
Ariitidhaanis ni barreessitu?

odeeffannoo fayyaduudha waliif share godha.

@free_ict_group

◕ሀ➭H_ሁ➭Hu_ሂ➭Hi_ሃ➭Ha_ሄ➭Hy_ህ➭He_ሆ➭Ho

◕ለ➭L_ሉ➭Lu_ሊ➭Li_ላ➭La_ሌ➭Ly_ል➭Le_ሎ➭Lo

❖ሐ➭Shift+h_ሑ➭Shift+hu_ሒ➭Shift+hi_ሓ➭Shift+ha_ሔ➭Shift+hy_ሕ➭Shift+he_ሖ➭Shift+ho

◕መ➭M_ሙ➭Mu_ሚ➭Mi_ማ➭Ma_ሜ➭My_ም➭Me_ሞ➭Mo

❖ሠ➭Shift+s_ሡ➭Shift+su_ሢ➭Shift+si_ሣ➭Shift+sa_ሤ➭Shift+sy_ሥ➭Shift+se_ሦ➭Shift+so

◕ረ➭R_ሩ➭Ru_ሪ➭Ri_ራ➭Ra_ሬ➭Ry_ር➭Re_ሮ➭Ro

◕ሰ➭S_ሱ➭Su_ሲ➭Si_ሳ➭Sa_ሴ➭Sy_ስ➭Se_ሶ➭So

❖ሸ➭Shift+s_ሹ➭Shift+su_ሺ➭Shift+si_ሻ➭Shift+sa_ሼ➭Shift+sy_ሽ➭Shift+se ሾ➭Shift+so

◕ቀ፡➭Q ቁ፡➭Qu ቂ፡➭Qi ቃ፡➭Qa ቄ፡➭Qy ቅ፡➭Qe ቆ፡➭Qo

◕በ፡➭B ቡ፡➭Bu ቢ፡➭Bi ባ፡➭Ba ቤ፡➭By ብ፡➭Be ቦ፡➭Bo

◕ተ፡➭T ቱ፡➭Tu ቲ፡➭Ti ታ፡➭Ta ቴ፡➭Ty ት፡➭Te ቶ፡➭To

◕ ቸ፡➭C ቹ፡➭Cu ቺ፡➭Ci ቻ፡➭Ca ቼ፡➭Cy ች፡➭Ce ቾ፡➭Co

◕ነ፡➭N ኑ፡➭Nu ኒ፡➭Ni ና፡➭Na ኔ፡➭Ny ን፡➭Ne ኖ፡➭No

❏ኘ፡➭Shift +n ኙ፡➭Shift +nu ኚ➭Shift+ni ኛ፡➭Shift +na ኜ፡➭Shift +ny ኝ፡➭Shift + ne ኞ፡➭Shift +no

◕ከ፡➭Ka ኩ፡➭Ku ኪ፡➭Ki ካ፡➭Ka ኬ፡➭Ky ክ፡➭Ke ኮ፡➭Ko

❖ ኸ ☛capslock + Shift + h
ኹ ☛capslock + Shift + hu
ኺ ☛capslock + Shift + hi
ኻ ☛Capslock + Shift + ha
ኼ ☛Capslock + Shift + hy
ኽ ☛Capslock + Shift + he
ኾ ☛Capslock + Shift + ho

❏ኀ፡➭ Capslock + H ኁ፡➭ Capslock + HU ኂ፡➭Capslock + HI ኃ፡➭Capslock + HA ኄ፡➭Capslock + HY ኅ፡➭Capslock + HE ኆ፡➭Capslock + HO

❏አ፡➭Capslock X ኡ፡➭Xu ኢ፡➭Xi ኣ፡➭Xa ኤ፡➭Xy እ፡➭Xe ኦ፡➭XoDe

❖ዐ፡➭Shift +x ዑ፡➭Shift +xu ዒ➭Shift +xi ዓ፡➭Shift +xa ዔ➭Shift +xy ዕ፡➭Shift +xe ዖ➭Shift +xo

✪ወ፡➭W ዉ፡➭Wu ዊ፡➭Wi ዋ፡➭Wa ዌ፡➭Wy ው፡➭We ዎ፡➭wo

✪ዘ፡➭Z ዙ፡➭Zu ዚ፡➭Zi ዛ፡➭Za ዜ፡➭Zy ዝ፡➭Ze ዞ፡➭Zo

❏ዠ፡➭Shift + Z ዡ፡➭Shift + Zu ዢ፡➭Shift + Zi ዣ፡➭Shift +Zaዤ፡➭Shift + Zy ዥ፡➭Shift +Ze ዦ፡➭Shift + Zo

✪ፈ፡➭F ፉ➭Fu ፊ፡➭Fi ፋ፡➭Fa ፌ፡➭Fy ፍ፡➭Fe ፎ፡➭Fo

✪ ፐ፡➭P ፑ፡➭Pu ፒ፡➭Pi ፓ፡➭Pa ፔ፡➭Py ፕ፡➭Pe ፖ፡➭Po

✪ገ፡➭G ጉ፡➭Gu ጊ፡➭Gi ጋ፡➭Ga ጌ፡➭Gy ግ፡➭Ge ጎ፡➭Go

✪ደ፡➭D ዱ፡➭Du ዲ፡➭Di ዳ፡➭Da ዴ፡➭Dy ድ፡➭ዶ፡Do

❏ጠ፡➭Shift + t ጡ፡➭Shift + tu ጢ፡➭Shift + ti ጣ፡➭Shift+ta ጤ፡➭Shift + ty ጥ፡➭Shift + te ጦ፡➭Shift + to

❏ጨ፡➭Shift +c ጩ፡➭Shift +cu ጪ፡➭Shift +ci ጫ፡➭Shift+caጬ፡➭Shift +cy ጭ፡➭Shift +ce ጮ: ➭Shift +co

❏ጸ፡➭Capslock + t ጹ፡➭Capslock + tu ጺ፡➭Capslock + ti ጻ፡➭Capslock + ta ጼ፡➭Capslock + ty ጽ፡➭Capslock + t ጾ፡➭Capslock + to

❖ ፀ➭☞Capslock+Shift+t
ፁ➭☞Capslock+Shift+tu
ፂ➭☞Capslock + Shift + ti
ፃ➭☞Capslock + Shift + t
ፄ➭☞Capslock + Shift + ty
ፅ➭☞Capslock + Shift + te
ፆ➭☞Capslock + Shift + to

✪ጀ፡➭J ጁ፡➭Gu ጂ፡➭Ji ጃ፡➭Ga ጄ፡➭Gy ጅ፡➭Ge ጆ፡➭Jo

✪ቨ፡➭V ቩ፡➭Vu ቪ፡➭Vi ቫ፡➭Va ቬ፡➭Vy ቭ፡➭Ve ቮ፡➭Vo
▁▁▁▁▁▁▁▁▁▁

ቋ➭Capslock+qwa ቧ➭Capslock+bwa
ቷ➭Capslock+twa
ኟ➭Capslock +Shift+nwa
ቿ➭Capslock+cwa ሟ➭Capslock+mwa
ቷ➭Capslock+twa ጓ➭Capslock gwa
ፏ➭Capslock+fwa ሯ➭Capslock +rwa ዷ➭Capslock+dwa ቯ➭Capslock+vwa ኋ➭Capslock+hwa ዟ➭Capslock+zwa ዧ➭Capslock+Shif+zwa
ኗ➭Capslock+nwa ሏ➭Capslock+lwa
ኳ➭Capslock+kwa ሷ➭Capslock+swa
ጇ➭Capslock+jwa ጧ➭Capslock+twa

@samitecno
share 🤖
👍21
Forwarded from Urael Tech
Indaastiriin Kawaasaakii Jaappaan roobootii miila afurii maanguddoota tumsu hojjechuun beeksise.
© Fana
– Indaastiriin Kawaasaakii Jaappaan kutaalee hawaasaa umriidhaan dullooman kan gargaaruu danda’u roobootii miila afurii hojjechuu beeksiseera. Moggaasa maqaa “Beeksi” kan qabu roobootiin kun miilaa afuriin socho’uu fi lafarraa saffisaan imaluu danda’a jedhameera. Roobootichi sababa dullumaan namoota bakkaa bakkatti socho’uu hindandeenye tumsuuf garagaara jedhameera.
#update

Wayita bilbila haaraa 'smartphone' bitnu wantoota sirriitti adda baafannee beekuu qabnu.

👇👇👇👇👇👇👇👇

1. Processor: nama yeroo hedduu bilbila fayyadamu yoo taane jechuunis photo/video/document fi kkf edit kan goonu akkasumas online video stream kan fayyadamnu taanaan bilbila processor isaa Qualcomm Snapdragon 652 ykn Snapdragon
820/821 ta'e filachuun gaariidha. Namoota kaaniif garuu MediaTek processor filatamaadha .

kanaafuu bilbila tokko bitu keenyaan duratti processing speed(saffisa inni ittiin hojii kennameef tokko hojjetu) GigaHertz (GHz) dhaan ibsamu sana ilaaluu qabna.

Speed(saffisa) isaa olka'aa taanaan(jechuunis GHz guddaa), processor isaa illee ariifataa ta'a.

2. Camera
Suuraawwan garaa garaa kaasuu akkasumas ofiif illee ka'uuf fedhii kan qabnu taanaan kaameeraan fuulduraa(front) osoo 8MP fi sanaa ol kan duubaa(rare) immoo 12MP ykn 16MP fi sanaa ol tahun isaa filatamaadha.

3. Battery
Bilbila keenyatti nama baayye fayyadamnu yoo taane fi application garaa garaa banuudhaan kan dhimma itti baanu, dabalataanis online video stream ni fayyadamna taanaan smartphone kan battery isaa 4000mAh fi isaa ol tahe ta'uu qaba.
Namoota giddu galeessaan itti fayyadamaniif garuu
3000mAh-3500mAh gahaadha.

4.Memory
Bilbilli keenya memory gosa 2 akka inni qabu beekamaadha.

√ Read Only Memory (ROM) fi
√ Random Access
Memory (RAM).

👉RAM processor waliin ta'uudhaan operation ykn hojiilee hojjatamanuu fi ariitii bilbila keenyaa murteessuu irratti gahee olaanaa taphata.

👉ROM(internal storage) immo waayee storage(kuusaa) isa ilaallatta. Wantoota akka video, photo, music,files
OS, application fi kkf kuusuuf(store) gochuuf gargaara.

Nama bilbila isaatti baayye dhimma bahuuf
👌RAM 3GB ykn 4 GB fi ol
👌ROM 32GB ykn 64 GB fi ol gaariidha.

5. Mobile Network
Guyyaa har'aa biyya keenya keessatti 4G bakka baayyetti waan babal'ateef akkasumas interneeta saffisa olaanaan fayyadamuuf bilbila network isa 4G support godhu ykn qabu bituun barbaachisadha.

6. Operating System (OS)
Android fi iOS keessaa tokko filanna, garuu biyya keenya keessatti android baayyinaan gabaa irra waan jiruu fi tajaajila isa illee salphaatti argachuu waan dandeenyuuf filannoon keenya isa osoo tahe gaariidha.

👉Android kun haaromsa(version) garaa garaa waan qabuuf jalqaba sana ilaaluutu nurra jiraata.

👉Android 9 fi Android 10 version (haaromsa) dhiheenyaati waan ta'aniif jarreen kana keessa tokko osoo tahe gaaridha. sababiin isaas application dhiyeenya bahaa jiran android version dhiheenya(latest) tahan qofa irratti dalagu waan taheef.

7. Security
Security kanneen akka fingerprint sensors,face unlock ykn iris sensors osoo qabaatee nageenyummaa barbaachisaa tahe bilbila keenyaaf kennuu danda'a. Irra jireessaan yoo faayila baayyee of eegganno barbaadan kanneen akka
document fi media files jechuunis photo video fi kkf qabaanne ibsitun kun (feature)akka password tti illee dabalataan nu tajaajilu danda'aa

Channel keenya join, like fi share gochuu hindagatina.
🙏🙏🙏👇👇👇🙏🙏🙏

@samitecno
🔥@free_ict_group🔥
#update

🤷‍♂🤷‍♂WiFi connect nuuf tahee jiru bilbila keenya qofa fayyadamuun akkamittiin password isaa beekuu dandeenya ??


👌Jalqaba irratti bilbilli keenya Smart kan tahee fi QR code kan ofirraa qabuu tahuu qaba. Erga kana mirkaneeffannee booda steeppiiwwan armaan gadii hordofuun password WiFi sanii salphaatti beekuu dandeenya.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇

#Step_1: Wifi connect nuuf tahee jiru irratti cuqaasna

#Step_2: QR Code isiniif dhufu screenshot kaasaa(akkaataa setting bilbilaa bilbilaatti garaa gar tahuu dandaha)

#Step_3: Chrome ykn internet browser qabdan banuun https://zxing.org/w/decode.jspx jechuun search gochuun banuu.

#Step_4: Choose file cuqaasuun QR Code screenshoot goone san faayila keessaa filachuun itti galchina.

#Step_5: fuuldura isaa submit kan jedhu irratti cuqaasna.

#Step_6: Odeeffannoo guutuu WiFi sanii nuuf baasa. Password kan nuti argannuu dhuma irratti #parsed_result kan jedhutu jira isa fuuldura #false kan jedhuu olitti arganna jechuudha.

Galatoomaa 🙏
Channel keenya Join gochuun Odeeffannoowwan teeknooloojii haarawa ta'an guyya guyyaan akkaataa itti fayyadama isaanii waliin argachuu ni dandeessu
👇👇👇👇👇
@samitecno
@samitecno

❤️👍
👍1
Messages in this channel will be automatically deleted after 1 week
Messages in this channel will no longer be automatically deleted
🤷‍♂🤷‍♂Windows 10 irratti akkamittiin partition haaraa uumuu dandeenya??
Steeppiiwwan armaan gadii hordofaa👇👇👇👇👇

#Step_1: This Pc irratti cuqaasa mirgaa(right click) gochuun #manage kan jedhu filachuu.

#Step_2: Tarreeffamoota toora bitaa irra jiran keessaa Disk Management irratti cuqaasuun banuu.

#Step_3: Disk kan irraa partition uumuu barbaannu filachuu(fkn:C)

#Step_4: Gara gadii irratti Disk irraaa partition uumuuf deemnu irratti cuqaasa mirgaa(right click) gochuun #Shrink_Volume filachu.

#Step_5: Hamma(Size isaa MB dhaan) shrink gochuu akka feenu wayita nu gaafatutti daangaa inni nuuf kaayee gaditti haga feene itti galchuun #Shrink jennaan.

#Step_6: Saanduqa haaraa gara gadii nuuf dhufu irratti cuqaasa mirgaa gochuun #New_Simple_Volume filanna.

#Step_7: Itti aansuun Next Next jennaan. Drive letter barbaanne filachuun(fkn:D) next jennaan.

#Step_8: Format this volume with the following settings filachuun(select) next jennaan. Dhuma irratti finish jechuun xumurra. Amma milkaa'inaan partition haaraa uummanne jirra.

Hub: Yoo ballessuu feene ammoo partition haaraa uumne irratti cuqaasa mirgaa gochuun delete volume filanneetu yes jennaan.

Itti aansuun partition isa duraan irraa uummanne irratti cuqaasa mirgaa gochuun #extend_volume jechuun sana booda next jenne dhuma irratti finish jechuun gara duraaniitti deebisuun isa haaraa kana haquu dandeenya jechuudha.
xumure Galatoomaa.

channel keenya join fi share gochuu hindagatinaa.
👇👇👇👇👇
@samitecno
@samitecno
@samitecno
Bot telegram barbaachisoo

@samitecno

1. OpenMember
2. InviteMember
3. Gameboy
4. Skeddy
5. File to Bot
6. Get Media Bot
7. Feed Reader Bot
8. FB Video Download Bot
9. Sticker Download Bot
10. Tweet It Bot
11. Poster Bot
12. Movies Tracker
13. NewsBot
14. AppFollow Bot
15.  GitHub Release Bot
16. Babelgram Bot
17. Dr. Web Bot
18. IFTTT – If This Then That Bot
19. URL Shortner Bot
20. Meme Auto Bot
21. File Converter Bot
22. URL2IMG Bot
23. Drop Mail Bot

Channel Fi group kenyaa join gochuun maatii channel kenyaa ta'aa

@samitecno
@free_ict_group
COD-ET® pinned «Bot telegram barbaachisoo @samitecno 1. OpenMember 2. InviteMember 3. Gameboy 4. Skeddy 5. File to Bot 6. Get Media Bot 7. Feed Reader Bot 8. FB Video Download Bot 9. Sticker Download Bot 10. Tweet It Bot 11. Poster Bot 12. Movies Tracker 13. NewsBot 14.…»
Forwarded from Sami①
Channel kun sii fayyaderaa ?
Anonymous Quiz
86%
A.eyye
14%
B.lakki
Forwarded from Sami①
Yaada keessaniif gudda galatoma Itti fufneerra...🚐
Anonymous Quiz
69%
GALATOMAA😍
31%
ISIIN JAALLANNA🏃