#update
hacking maalidha?
Akkam jirtuu kabajamtoota maatii school Tech gaaffii baayyinaan karaa keessoo nuqaqqaban keessaa waayee hacking irratti gadi fageenyaan akka barsiifnu gaafatamnee jirra. Kanaaf jecha harraaf akka seensaatti mata duree hacking maalidha jedhu gabaabsinee akka armaan gadiitti qabannee dhufnee jirra. #dubbisaa_irraa_baradhaa
๐Hacking gocha qaawwa banaa ta'e sirna kompiitaraa ykn network keessa barbaadanii argachuun saaqanii seenuuti.
๐hacking yeroo baay'ee kan hojjatamuuf miidhaa geessisuuf(kompiitara miidhuuf yookiin odeeffannoo hatuuf) akka ta'e ni beekna. Namni gocha hacking kana raawwatu hacker jedhama.
#Gosoota_Hackers
Hackeroonni hojii isaanii irratti hundaa'uun bakka gurguddoo 3tti qoodamu
1.#White_Hat_Hackers (Ethical hackers):- Jarreen kun beekumsa hacking qabanutti fayyadamuun odeeffannoo ykn daataa argachuuf jecha sakatta'iinsa seeraan alaa kanneen hin goonedha.
๐Yeroo baay'ee dadhabina sagantaa kompiitaraa fi network kompiitaraa keessa jiru barbaadanii argachuun beekamuu. Akkasumas Hanqina system kompiitaraa foyyessuufi rakkoo network qabuu furuuf kanneen hojjetaniidha.
Kanaaf jecha #Security_expert jedhamuun beekamu. Industry IT irratti illee guyyaa harraa baayyee barbaadamoodha. Walumagalattii yeroo hedduu #cyberattack ittisuuf akkasumas system garaagaraa test gochuuf gargaaru.
2.#Black_Hat_Hackers(the bad guys) :- Hackeroonni gosa kanaa #crackers jedhamuun beekamu. Jarreeen kun beekumsa hacking qabanitti fayyadamuun hojiilee seeraan ala ta'an garaagaraa eeyyama malee raawwatu.
Fakkenyaaf:
๐Credit card hatuu
๐Bank hack godhuu
๐Daataa fi odeeffannoo hatuu
๐Password namaa cabsuu
๐system hojiin ala gochuu fi kkf
3. #Grey_Hat_Hackers :-Jarreen kun #white_hat fi #black_hat giddutti kan argaman #hybrid dha. Kana jechuunis yeroo tokko black hat yeroo kaan immoo white hat ta'uun sochii jaraa adeemsisu.
Sadarkaa hackeroota( Hackers Hierarchy)
๐๐๐๐๐๐๐
#Script_kiddies :-Warreen dandeetti hacking hinqabne garuu hacker ta'uu barbaadanidha. Hack gochuuf kan jarri fayyadaman #ready_made_tool ykn software qaama biraatiin qophaa'edha. Yeroo baayye beekumsaa fi dandeettii waan hinqabneef akkasumas ofeegganno barbaachisuu illee dursanii waan hin fudhanneef ofumaa deebisanii of miidhu. "Little knowledge is dangerous" jedhu warrii adiin.
#Intermediate_hackers :- scriptkiddies irraa beekumsaa fi dandeetti hacking ni qabu, garuu software hacking dhaaf jara gargaaru kan dhuunfaa isaanii uummachuu hin danda'ani. Haatau malee dandeetti hacking gaarii qabu.
#Professional_or_Elite_hackers
Jarreen kun dandeettii fi beekumsa hacking kan sirriitti qabaniifi software mataa isaanii kan hacking gochuuf gargaaruun uummachuu danda'u.
Kanaafuu system kamiin iyyuu dandeetti ajaa'ibaa cabsanii seenuu fi ofiis akka hinqabamneef of dhoksuu jara dandeessisu qabu.
Galatoomaa๐๐๐
Channel keenya join akkasumas share waliif gochuu hin dagatinaa.
๐๐๐๐๐๐๐
@samitecno
@samitecno
@free_ICT_group
Yaadaaf gaaffiif
๐๐๐๐๐๐๐๐
@samilearn

๐ฅ1
#_๐๐๐๐ก_๐๐๐ฐ๐ฌ
Dhaabbanni Feesbuuk WBO feesbuukii irraa uggureera maqaa WBO ykn kanneen jaarmiyicha bakka bu'aniin fuulli banamu ykn banamee jiru ni haqama, kan banamuuf jiraatus hayyama hin argatu jechuudha.
Qabiyyeewwan namoota biraan maxxanfaman ''garee kanaaf deeggarsa kennu ykn hokkora gareen kun uumu leellisu'' ni haqamu.
Namoota Heddu Jala Sababuma kanaan Account isanii uugurama turun isa ni yaaddatama Kanaafuu ofeeggannoo barbaachisuu gochu qabdu.๐๐๐
#๐๐๐๐๐๐๐๐ง๐ง๐จ๐จ_๐๐๐๐ค๐ง๐จ๐ฅ๐จ๐จ๐ฃ๐ข๐ข_๐๐๐ซ๐จ๐จ_๐๐๐ซ๐จ๐จ๐ง_๐๐ซ๐ ๐๐๐ก๐ฎ๐_๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ_๐๐๐๐ง๐ฒ๐_๐๐จ๐ข๐ง_๐๐จ๐๐ก๐
เผ @samitecnoเผ
เผ @samitecno เผ
๐ ||| - @samitecno - |||
ยฉuraeltech ๐

๐งโ๐ปRakkoolee kompiyuutarri qaba jedhamu hedduu isaa mala armaan gadiin furuu ni dandeessu!๐ง
Computer Maintenance Checklist ๐ค
Step 1: Anti-virus ๐ค
Step 2: Anti-spyware/anti-malware ๐ฅต
Step 3: Empty your recycle bin (best done with CCleaner) ๐ฅธ
Step 4: Disk and Application/Software Cleanup
Step 5: Defragment
Step 6: Configure your startup
Step 7: Check Windows Updates, Update plugins and basic applications ๐ฅบ
Step 8: Check file backup plan and create system recovery disks if applicable
Step 9: Clean and dust internal computer parts and fan (check fans and computer temp.)
โจ@samitecnoโจ
๐ฅ@samitecno๐ฅ
๐@free_ict_group๐
ยฉuraeltech

Baankiin Daldala Itoophiyaa (CBE) tajaajilaa kaardii ATM malee maallaqa maashinii ATM keessa baafachuu dandeessisu maamiltoota isaaf dhiyeessee jira.
Kunis kaardii ATM malee #CBE_Birr fayyadamuun maallaqa maashini ATM keessaa baafachuu dandeessisa. Yoo CBE Birr irraa maallaqa gahaa hinqabnees #mobile_banking fayyadamuun qarshii account keenya irraa gara CBE Birr tti dabarsuun salphaatti baafachuu dandeenya.
Steeppiiwwan armaan gadii hordofuun ATM machine irraa kaardii ATM malee maallaqa baafachuu dandeenya.
๐๐๐๐๐๐๐๐
#Step_1: ATM machine iskiriinii isaa gara gadii CARD LESS kan jedhuu filanna.
#Step_2: Itti aansuun CBEBirr Cash Withdraw kan jedhu filanna.
#Step_3: Please enter your phone number wayita nuun jedhutti, lakkoofsa bilbilaa ittiin CBE birr banannee galchuun Continue jenna.
#Step_4: Enter your voucher number(lakkofsa iccitii ykn PIN) itti galchuun Continue jenna.
#Step_4: Please enter withdrawal amount yeroo nuun jedhutti Maallaqa hanga baasu barbaanne itti galchuun continue jennaan.
#Step_5: Maallaqa nuti gaafanne nuuf baha jechuudha.
Galatoomaa๐๐๐
Channel keenya join akkasumas share waliif gochuu hin dagatinaa.
๐๐๐๐๐๐๐
@samitecno
@samitecno
@samitecno
Yaadaaf gaaffiif
๐๐๐๐๐๐๐๐
@samilearn
Kunis kaardii ATM malee #CBE_Birr fayyadamuun maallaqa maashini ATM keessaa baafachuu dandeessisa. Yoo CBE Birr irraa maallaqa gahaa hinqabnees #mobile_banking fayyadamuun qarshii account keenya irraa gara CBE Birr tti dabarsuun salphaatti baafachuu dandeenya.
Steeppiiwwan armaan gadii hordofuun ATM machine irraa kaardii ATM malee maallaqa baafachuu dandeenya.
๐๐๐๐๐๐๐๐
#Step_1: ATM machine iskiriinii isaa gara gadii CARD LESS kan jedhuu filanna.
#Step_2: Itti aansuun CBEBirr Cash Withdraw kan jedhu filanna.
#Step_3: Please enter your phone number wayita nuun jedhutti, lakkoofsa bilbilaa ittiin CBE birr banannee galchuun Continue jenna.
#Step_4: Enter your voucher number(lakkofsa iccitii ykn PIN) itti galchuun Continue jenna.
#Step_4: Please enter withdrawal amount yeroo nuun jedhutti Maallaqa hanga baasu barbaanne itti galchuun continue jennaan.
#Step_5: Maallaqa nuti gaafanne nuuf baha jechuudha.
Galatoomaa๐๐๐
Channel keenya join akkasumas share waliif gochuu hin dagatinaa.
๐๐๐๐๐๐๐
@samitecno
@samitecno
@samitecno
Yaadaaf gaaffiif
๐๐๐๐๐๐๐๐
@samilearn
Forwarded from Sm js
Kabajamtoota maatii channel kenyaa akkam jirtuu?
channel bareeda gorsaa hayyoota addunyaa Fi suura profile akkasumas jechoota dadamakso afaan sadiin qabatee dhufee jiraa...maarree link gadii ๐๐ tuquun maatii channel kenyaa ta'a...๐
๐ฅ๐ฅ @fi_ran ๐ฅ๐ฅ
โ๏ธ Pic to wallpapers ๐ผ
โ๏ธ motivation quotes ๐
โ๏ธ profile picture ๐จ
by:-English
Amharic
&Afan oromo
For your comments @qalloo_kee

๐ฅ ROOTING RELATED TERMS๐ฅ
โ ๏ธ Recovery: Every Android device comes with a recovery through which the OS can install over-the-air updates. It i s also used by the system whenever you factory reset a device. If you want to flash a custom ROM, you will have to replace the stock recovery with a custom one.
โ ๏ธ Superuser/SuperSU: This application is automatically installed on the device during the process of rooting. It is used to grant or deny root access to other apps.
โ ๏ธ TWRP/CWM: Both are custom recoveries that allow users to install custom ROMs, format certain partitions or make nandroid backups.How to Flash the TWRP Recovery Environment to Your Android Phone (Team Win Recovery Project or TWRP)
โ ๏ธ Custom ROM: A customized and advanced version of Android containing many features and optimizations, usually based on the latest version of Android.
โ ๏ธ Bootloader:Is a the code that runs even before the operating system on your device boots. It helps in booting other operating systems by systematically loading their files in the memory. The bootloader of your Android device can either be locked, unlocked or unlockable.How to Unlock Your Android Phoneโs Bootloader
Usually, you will need to unlock the bootloader of your device before rooting it.
โ ๏ธ Rooting a device is a process of gaining full control of the device's OS and the software that runs it.While you can customize Android to suit your taste, device manufacturers add layers of software on top of the operating system hence limiting a user's options.
Rooting is a way to bypass this barrier and exploit your device's full potential. Rooting is the equivalent of jailbreaking an iPhone
๐ฅ๐ฅ๐ฅ@samitecno๐ฅ๐ฅ๐ฅ

โค1
แตแแฎแตแ แแฐแญแ แจแตแฐแแต แตแแฎ แ แแจแแต แฅแแณแ? แฅแแดแต
แตแแฉแ แฅแแฐแแ แแญแแต แฅแแฐแแปแ .....
แตแแฎแตแ แแฐแญแ แจแตแฐแแต แตแแฎ แ แแจแแตแฅแแณแ? แจแฐแจแณแแ
แแฐแญแ แ แฅแแฐแ แฅแแดแต แตแแฉแ แฅแแฐแแ แแญแแต แฅแแฐแแปแ
แฅแแซแแแข แแ แ แแต แแแ แซแแฆแต แแแญแขแแญ Install แซแฐแจแแต
แ แแแฌแฝแ แฅแแฒแแ แจแแแแกแต แตแแญแ แซแ แแฅแแฑ
แจแแญแแญ แแแข
แฅแแแ แ 6 แตแดแแฝแญแ แแ
Step 1:- แตแแฎแตแ switch off แซแตแญแแตแแแฅแแต
แฐแจแแถแฝแญแ แฅแแขStep
2:- แจแแ แฅแแแ แแแแฝแแแตแ แตแแ แแจแแชแซแแ
( ),Home key, power แ แฐแแ แ แ แแต แแญแญแซแแธแแ
แตแแฎแตแ แซแตแแฑแตแขStep
3:-แจแแ แจแฐแแซแฉ แฆแฅแฝแแฝแญแแกแแณแแขStep
4:- แจแแ "Restore factorydefaults" แแญแ "Delete
all userdata" แจแแแแ แญแแจแกแข
Step 5:-แจแแ "Reboot system now"แจแแแแ
แญแแจแกแข
Step 6:- แจแแ แตแแฎแต Reboot แ แตแญแ แฅแตแชแจแญแต
แญแ แฅแแข แจแแซแ แตแแฎแต แฅแแฐ แ แฒแต แญแจแแณแแข
Step7:- like แซแตแญแ
step8:- share แ แแตแจแ แแฅแแแฝ แซแณแแ..
โฌโฌ Share โฌโฌโฌโฌ
แแฐแจแแช แฅแแแต แฅแ แ แแ แจแดแญแแแ แแจแ แแแแแต แ แ แจแดแแแซแ แปแแแฝแแ แจแณแฝ แฃแแแ แแแญ แ แแซแ แแแแต แญแฝแแแข
here it is
@samitecno
แ แฐแจแแชแ แจgroup member add adergu
โโโโโขโขโโโโโโขโขโโโ
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
@free_ict_group

#update 2022
๐Nagaa jirtan maatii @samitecno baga jiraattan jechaa mee bootiiwwan asii gadii faayidaa adda addaa qabaati fayyadama
โ ๏ธ @YouTubeTGBot - you tube irraa video buufachuuf telegram gubbaan bootii isin gar gaarudha.
โ ๏ธ @spotify_to_mp3_bot - muuziqaa adda addaa irraa argachuuf
โ @XompressorBot - hamma (size) audio hir'isuuf kan gargaarudha
โ ๏ธ @pdfbot - pdf ittiin hojjachuuf kan gargaarudha
โ ๏ธ @mephbot - bootii kana irraa muuziqaa gara garaa ni argattuu
โ ๏ธ @Uloadit_bot - telegram irratti faayila upload godhuuf kan isin gargaarudha
โ ๏ธ @GmailBot - bootii kanaan gmail account keessaniin eega walqunnamsiistanii booda namaaf barreessuu fi ergaa namni nuuf barreesses asumร an argachuu dandeessu
โ ๏ธ @Gozilla_bot - bootii kana fayyadamuun video you tube irratti post ta'e tokko liinkii isaa asirratti paste godhuun buufachuu dandeessu
โ @encoderbot - bootii kanaan audio telegrama irratti argamu mb baay'ee qabu gara kb jijjiiruf kan gargaarudha. Garuu hanqinni isaa guyyaa tokkotti audio converter kan godhu 4 qofa.
โ @MathCalcBot - bootii kanaan herreega ittiin herreeguu ni dandeessuu
โ @GHAnnunciBot - bootii chaanaalaf gar gaarudha
โ @NoteOfficialBot - yaadannoo gara garaa irratti qabachuuf isin gargaara.
โ @virus_total_scan_bot - bootii kanaan faayila ta'e tokko vaayrasii ni qabaa fi hin kan ittin addaan bafattaniidha bootii hedduu namatti toluudha fayyadamaa.
โ @apkdl_bot bootii kanaan aappii barabaaddan ittiin buufachuu dandeessu maqaa qofa itti barreessudhaan jechuudha
โ @imageToText_bot bootii kanaan immoo barreeffama suuraa irra jiru barreeffama irraa addatti isiniif baasa
โจ https://t.me/Mubarektechbot?start=ar1289761288 booti kanarraammo waan aja'iba hedduu argaattu start jechuun seena.
๐ท gaaffii ykn yaada yoo qabaattan ๐
โญโโขโขโโโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโโโขโขโโฎ
๐ค: @free_ICT_group
๐ข: @samitecno
โฐโโขโขโโโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโโโขโขโโฏ

๐1
Firiin qormaata seensa yuunvarsiitii bara 2013 ifoome.
Sababoota garagaraatin dheeratee kan ture buโaan qormaata seensa yuunvarsiitii bara 2013 ifoomuu Ejansii Madaallii Barnootaa fi Qormaataa Biyyaalessaa beeksiseera.
Qormaaticha fudhachuuf barattoota galmaโaan kuma dhibba 6 fi kuma 17 fi 991 keessaa %96 kan taโaan qormaaticha marsaa lamaan fudhataniiru.
Waliigalan kumni dhibbi 2 fi kumni 77 kan taโan dubartoota jedhameera.
Soororsi qormaaticha amansiisaa taโuu fi meeshaalee sakattoo xuxuqqiirra bilisaatiin kaameraawwan poolisii federaa fi seekterichaatin tumsamee of eeggannoon gaggeeffamu ibsameera.
Barattoota dambii qormaatichaa cabsaan 141 irra buโaa qormaata haquu dabalatee tarkaanfiwwan adda adda fudhatamaniiru.
Buโaan qormaata Siiviiksi madaallii seensa yuunvarsiitiif akka hin tajaajille murtaaโe
Buโaan qormaata Siiviiksii madaallii seensa yuunvarsiitiif akka hin tajaajille murtaaโuu Ejansii Madaallii Barnootaa fi Qormaataa Biyyaalessaa beeksiseera.
Dabalatanis xiinxalli buโaa qormaatilee akaakuu barnootaatin, manneen barnootaa fi sadarkaan barataa gaggeessuu fi buโaawwan akaakuu barnoota tokko tokkorratti gamaaggamaa gaggeessuu ibseera.
Buโuuruma kanaan buโaan qormaata siiviiksi manneen barnoota hunda keessaatti sadarkaa walfakkatadha jedhuun daballii agarsiisuu ibsameera.
Sababa kanaanis buโaan qormaata Siiviiksi madaalli seensa yuunvarsiitiif akka hin tajaajille murtaaโuu ejansichi ibseera.
Karaawwan Firii qorumsa biyyaalesaa kutaa 12ffaa bara 2014 ittiin ilaalan.
Buโuruma kanaan barattoonni buโaa qormaata isaanii:-
1.Maarsariitii Ejansii Madaallii Barnootaa fi Qormaataa Biyyaalessaa:- result.neaea.gov.et
2.Maarsariitii Ministeera Barnoota result.ethernet.edu.et
3.Bootii Teelegraamii (Telegram Bot):- @moestudentbot linkiwwan kanneen xuquun firii qormaataa isaanii ilaalachuu ni dandaโuu.
4.Erga gabaaba SMS 9444 irratti lakkoofsa isaanii galchuu ergun buโaa isaanii baruu ni dandaโuu jedhameera.
Haaluma wal fakkatuun barattoonni komii qaba liinkii result.neaea.gov.et seenuu fi Compliant kan jedhu xuquun komii isaanii unkarratti guutuu akka dandaโaan ibsameera.
#KUTAA_12ffa
๐กMIIDIYAA
@samitecno
@samitecno
Yaada๐ฉ

Kutaa 12 +1
Hubachiisa KOMII DHIHEEFFACHUUF
Barattoonni firii keessan irratti komii qabdan karaa Marsaariitii result.neaea.gov.et jedhuun seenuun fi Complaint kan jedhu cuqaasuun komii keessan unka(form) irratti guutuun dhiheeffachuu akka dandeessan
ibsameera. Ejensichi deebii isaa karaa teessoo isin unka(form) irratti guuttaniin kan deebisu yemmuu ta'u, qaamaan gara ejensichaa dhufuun akka hin barbaachisne ibsameera.
Yookiin immoo liinkii kana gadii jiruu fayyadamuu dandeessu โฌ๏ธ
https://docs.google.com/forms/d/e/1FAIpQLSd2taZnPEhGPldTwTIx87tnYfEhYPkCWHnm3eRWjRhnD-FtTg/viewform
โคJoin more news
๐๐ @samitecno
@samotecno
โช Share and Support your friend

Google Docs
แจแตแแ
แญแต แแแแ แแฐแแแฝ แ แแแแแต แจ2015 แ.แ แฐแแณแแฝ แแคแต แ
แฌแณ แแแ แซ แ
แฝ
แซแแจแกแต แ
แฌแณ แแญ แจแฐแฐแ แแแฝ แแแแแต แญแ
แ แแตแแแ แจแซ แญแ แแ
Salphumatti bakkaa bakkatti qabannee kan sochoonu 3G/4G simcard galchuu qofaan ariitii wi fi gadhiisuu kan danda'u. wi-pod meeshaa electronics mijataa ta'e kana beektuu ?
๐ Wi-pod meeshaa elektrooniksii mijataa ta' ee bakkaa bakkatti qabannee kan socho'uu dandeenyudha. Faayidaan meeshaa kanaa haala salphaa ta' een Wi-Fi ariitin isaa ol aanaa ta' e itti fayyadamuuf kan nu gargaarudha.
๐Meeshaan mijaataan elektrooniksii kun tajaajilawwan armaan gadii nuuf kennuu danda'a.
๐Jalqaba irratti dandeettin waa buusuu isaa hanga 150MB ariitii qaba.
๐Yeroo tokko qofatti ariitii isaa osoo hin hir'isin mobaayilootas ta' ee computer 31'n fayyadamuu dandeessu.
๐Hammi baatirii isaa 2300mAh dha.
๐Qabannee iddoodha iddotti socho'uudhaf baay' ee salphaadha.
๐Akkasumas fageenya hanga meetira 300 irratti fayyadamuu ni dandeenya.
Channel keenya join akkasumas share waliif gochuun hiriyoota keessan gara kanatti affeeruu hin dagatinaa.

people that are using android these days. And many people have a issue about slow down of their android device. As the android speed gets down with the time . So today i am here to resolve that issue. As there are many factors that can be responsible for the slow down of android speed like it can be due to low memory, RAM and any other problem like viruses and many much more other factors. So to make your android faster to work you should root your android.Just read the below post to Boost up Your Android device.
How To Speed Up Android Device After Rooting
Android rooting is the process of allowing users of Android Phones, tablets, and other devices running the Android mobile operating system to get the full control and authority within Androidโs system. When you root an Android smartphone it enables you to act as the administrator of the android phone. Rooting of Android provides you the facility to completely remove and replace your deviceโs operating system. So you can use this root access to run many useful apps that only works on root android. And by this you can easily speed up your android.
Best Root Apps To Speed Up Android Device
1) Greenify
Greenify is the first app in my list as it is very simple and very effective in increasing the battery life of your android. It is a very simple app and its basic function is to hibernate your background apps.You also have the option to hibernate your applications and let the remaining apps like facebook and whatsapp to run as usual.These background applications drain your precious battery even when they are not in use! Hence this app is very popular among several android users.Give it a try.
2) Rom manager (ClockWorkMod)
Rom manager is one great app for all you enthusiasts who want to flash new ROMs and taste new versions of android in your android smartphones. This app gives you a list of all the famous ROMs available for your android phone.You can also download them through this application and this also saves you a lot of time searching for it on the internet.The premium version of this app is worth a try.
3) Titanium Backup Root
Titanium backup is the app for those of you who do a much of flashing in your android phone. This is the best application to backup your data and rom. It provides multiple options to backup like backing up specific data and specific application. Not only that, you can also freeze your apps and convert them into user apps and much more.This is a great app and i suggest you to try it out.
4) Trickster Mod
Trickster mod is an awesome app.Truly,there are many apps out there which can do the same tasks that this does but the support and the great interface of this app beats them all.With this app you can overclock your phone to make it fly like a butterfly,undervolt it to increase your battery life.. n a lot more.All in all this app is a must in your rooted smartphone.
5) Smart Booster
Ever feel that your phone is sluggish when playing games or your phone restarts during heavy usage?? then this is the perfect application for you. RAM Booster digs into your phoneโs RAM and clears out unwanted usage by backgroung apps and provides some more RAM for the apps that you are using.This app is a must for those who need more snappiness in your phones.
6) Root Firewall Pro
have you been low on your data bandwidth??This app can help you out.With this app you can block apps from using internet while you can selectively enable it for the apps that you are using.It even has the options to separate 2g,3g,4g and wifi networks enable for selected apps.It also has features like ad blocking and much more.
7) Link2SD (My Favourite)
Link2SD, so many people especially Android device users have thanked to this apps. What is Link2SD used for? This app is very very useful for the Android devices that supported with a small internal storage capacity. Link2SD can be used for moving the data of the applications weโve been installed to the 2nd partition of the SD card.
Related โ How To Speed Up Android Without Rooting
So above is the method for How To

How to speed up rooted android device
Today we are here with How To Speed Up Android Device After Rooting.Today there are more than billions of people that are using android these days. And many people have a issue about slow down of their android device. As the android speed gets down with the time . So today i am here to resolve that issue. As there are many factors that can be responsible for the slow down of android speed like it can be due to low memory, RAM and any other problem like viruses and many much more other factors. So to make your android faster to work you should root your android.Just read the below post to Boost up Your Android device.

have you been low on your data bandwidth??This app can help you out.With this app you can block apps from using internet while you can selectively enable it for the apps that you are using.It even has the options to separate 2g,3g,4g and wifi networks