COD-ETยฎ
20.3K subscribers
610 photos
31 videos
122 files
529 links
#COD-ET ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น

๐Ÿ’ป Code โ€ข Learn โ€ข Build
๐Ÿš€ Ethiopiaโ€™s growing developer community

๐ŸŽฏ Tech tips | ๐Ÿ’ก Learning | ๐ŸŒ Web & Apps | ๐ŸŽจ Design | ๐Ÿ’ผ Online opportunities

We build. We learn. We grow. Together.

Smart Code. Smart Security. Ethiopian Soul
Download Telegram
link application gadii๐Ÿ‘‡๐Ÿพ kanan extract godhaati fayyadama๐Ÿ‘Š https://t.me/samitecno/1275
๐Ÿคทโ€โ™‚๐Ÿคทโ€โ™‚Account Facebook amma fayyadamaa jirru cufuun/ tasa balleessuun akkamittiin danda'amaa??

๐Ÿ‘ŒMidiyaa hawaasaa kamiinuu yeroo barbaannetti account banannee gaafa fedhiin keenya badetti yoo feene accounticha tasuma balleessuu, yoo feenes yeroodhaaf cufnee gaafa barbaanne immoo deebisnee reactivate gochuun fayyadamuu dandeenya.

๐Ÿ‘Œaccount Facebook hanga nutti toletti fayyadamnee gafa fedhiin fayyadama keenyaa badetti cufuu dandeenya. yeroo account kana cufnus karaa lamaan cufna:

1: #deactivate_account:- account kana yeroodhaaf cufnee gaafa barbaannu reactivate goonee deebinee itti fayyadamuu dandeenya.

Private message(chat) irra kan hafe yeroof photo,video, profile akkasumas post keenya hundinuu namoota jalaa nidhokata(hidden)ta'a. Kana jechuun garuu delete taha jechuu miti. Search godhaniis namoonni nu argachuu hin danda'anu.

2: #delete_account:- inni kun garuu accounticha tasuma balleessudha. Erga badee booda garuu deebisnee argachuus tahe reactivate goonee itti fayyadamuu hin dandeenyuu. Adeemsa delete gochuu kana ergi eegalchiisne booda cancel gochuu yoo feene facebook guyyoota 30 nuuf laata. Sana booda garuu carraa accounticha argachuu hinqabnu.

Walumaa galatti facebook account keenya delete gochuuf guyyoota 90 itti fudhata. Turtii guyyoota 90 kanatti namni kamiyyuu profile,suuraas tahe post keenya kanaan duraa kamiinu arguu hindandahuu

Egaa school tech sagantaa isaa harraatiin akkamitti account facebook akka cufan akka armaan gadiitti isiniif qabatee dhufee jira. Dubbisaa irraa baradhaa.

๐Ÿ‘ŒAccount Facebook yeroof cufuuf(#deactivate) gochuuf steppiiwwan armaan gadii hordofaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Step 1: Facebook keenyaa banuun sarara sadii mataarra gara mirgaatiin jiru cuqaasna.

Step 2: #setting keessa seennee #personal_and_information_account Kan jedhu cuqaasna.

Step 3: #Account_ownership_and_control Kan jedhu cuqaasna.

Step 4: itti aansuun #deactivation_and_deletion filanna .

Step 5: #Deactivate_account filachuun continue Jenna.

Step 6: password keenya itti galchuun continue jenne xumurra.

=================

๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘ŒAccount Facebook tasuma cufuuf(#delete) gochuuf steppiwwan armaan gadiitti hordofna.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Step 1: Facebook keenyaa banuun sarara sadii mataarra gara mirgaatiin jiru cuqaasna.

Step 2: #setting keessa seennee #personal_and_information_account Kan jedhu cuqaasna.

Step 3: #Account_ownership_and_control Kan jedhu cuqaasna.

Step 4: itti aansuun #deactivation_and_deletion filanna .

Step 5: #delete_account filachuun continue jennaani .

Step 6: itti aansuun #continue_to_account_deletion cuqaasuu

Step 7: #delete account gara gadii jiru cuqaasuu

Step 8. Password keenya itti galchuun Continue jechuun xumurra.

Galatoomaa๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
Channel keenya join akkasumas share waliif gochuu hin dagatinaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@samitecno
@samitecno
@samitecno

Yaadaaf gaaffiif
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@samilearn

ยฉcredit: burkatech
rufus-3.15p.exe
1.1 MB
rufus for bootable flash window๐Ÿ’ฏ โ™จ๏ธ@samitecnoโ™จ๏ธ โ™จ๏ธ@free_ictgroupโ™จ๏ธ
๐Ÿ‘1
speedtest-@samitecno.apk
29.5 MB
internet speedtest for android join and support us โ™จ๏ธ@samitecnoโ™จ๏ธ โ™จ๏ธ@free_ict_groupโ™จ๏ธ
#update

hacking maalidha?

Akkam jirtuu kabajamtoota maatii school Tech gaaffii baayyinaan karaa keessoo nuqaqqaban keessaa waayee hacking irratti gadi fageenyaan akka barsiifnu gaafatamnee jirra. Kanaaf jecha harraaf akka seensaatti mata duree hacking maalidha jedhu gabaabsinee akka armaan gadiitti qabannee dhufnee jirra. #dubbisaa_irraa_baradhaa

๐Ÿ‘‰Hacking gocha qaawwa banaa ta'e sirna kompiitaraa ykn network keessa barbaadanii argachuun saaqanii seenuuti. 

๐Ÿ‘‰hacking yeroo baay'ee kan hojjatamuuf miidhaa geessisuuf(kompiitara miidhuuf yookiin odeeffannoo hatuuf) akka ta'e ni beekna. Namni gocha hacking kana raawwatu hacker jedhama.

#Gosoota_Hackers
Hackeroonni hojii isaanii irratti hundaa'uun bakka gurguddoo 3tti qoodamu

1.#White_Hat_Hackers (Ethical hackers):- Jarreen kun beekumsa hacking qabanutti fayyadamuun odeeffannoo ykn daataa argachuuf jecha sakatta'iinsa seeraan alaa kanneen hin goonedha.

๐Ÿ‘ŒYeroo baay'ee dadhabina sagantaa kompiitaraa fi network kompiitaraa keessa jiru barbaadanii argachuun beekamuu. Akkasumas Hanqina system kompiitaraa foyyessuufi rakkoo network qabuu furuuf kanneen hojjetaniidha.
Kanaaf jecha #Security_expert jedhamuun beekamu. Industry IT irratti illee guyyaa harraa baayyee barbaadamoodha. Walumagalattii yeroo hedduu #cyberattack ittisuuf akkasumas system garaagaraa test gochuuf gargaaru.

2.#Black_Hat_Hackers(the bad guys) :- Hackeroonni gosa kanaa #crackers jedhamuun beekamu. Jarreeen kun beekumsa hacking qabanitti fayyadamuun hojiilee seeraan ala ta'an garaagaraa eeyyama malee raawwatu.
Fakkenyaaf:
๐Ÿ‘‰Credit card hatuu
๐Ÿ‘‰Bank hack godhuu
๐Ÿ‘‰Daataa fi odeeffannoo hatuu
๐Ÿ‘‰Password namaa cabsuu
๐Ÿ‘‰system hojiin ala gochuu fi kkf

3. #Grey_Hat_Hackers :-Jarreen kun #white_hat fi #black_hat giddutti kan argaman #hybrid dha. Kana jechuunis yeroo tokko black hat yeroo kaan immoo white hat ta'uun sochii jaraa adeemsisu.

Sadarkaa hackeroota( Hackers Hierarchy)
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
#Script_kiddies :-Warreen dandeetti hacking hinqabne garuu hacker ta'uu barbaadanidha. Hack gochuuf kan jarri fayyadaman #ready_made_tool ykn software qaama biraatiin qophaa'edha. Yeroo baayye beekumsaa fi dandeettii waan hinqabneef akkasumas ofeegganno barbaachisuu illee dursanii waan hin fudhanneef ofumaa deebisanii of miidhu. "Little knowledge is dangerous" jedhu warrii adiin.

#Intermediate_hackers :- scriptkiddies irraa beekumsaa fi dandeetti hacking ni qabu, garuu software hacking dhaaf jara gargaaru kan dhuunfaa isaanii uummachuu hin danda'ani. Haatau malee dandeetti hacking gaarii qabu.

#Professional_or_Elite_hackers
Jarreen kun dandeettii fi beekumsa hacking kan sirriitti qabaniifi software mataa isaanii kan hacking gochuuf gargaaruun uummachuu danda'u.

Kanaafuu system kamiin iyyuu dandeetti ajaa'ibaa cabsanii seenuu fi ofiis akka hinqabamneef of dhoksuu jara dandeessisu qabu.

Galatoomaa๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
Channel keenya join akkasumas share waliif gochuu hin dagatinaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@samitecno
@samitecno
@free_ICT_group

Yaadaaf gaaffiif
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@samilearn
๐Ÿ”ฅ1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#_๐“๐ž๐œ๐ก_๐๐ž๐ฐ๐ฌ

Dhaabbanni Feesbuuk WBO feesbuukii irraa uggureera maqaa WBO ykn kanneen jaarmiyicha bakka bu'aniin fuulli banamu ykn banamee jiru ni haqama, kan banamuuf jiraatus hayyama hin argatu jechuudha.
Qabiyyeewwan namoota biraan maxxanfaman ''garee kanaaf deeggarsa kennu ykn hokkora gareen kun uumu leellisu'' ni haqamu.
Namoota Heddu Jala Sababuma kanaan Account isanii uugurama turun isa ni yaaddatama Kanaafuu ofeeggannoo barbaachisuu gochu qabdu.๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜

#๐Ž๐๐ž๐ž๐Ÿ๐Ÿ๐š๐ง๐ง๐จ๐จ_๐“๐ž๐ž๐ค๐ง๐จ๐ฅ๐จ๐จ๐ฃ๐ข๐ข_๐˜๐ž๐ซ๐จ๐จ_๐˜๐ž๐ซ๐จ๐จ๐ง_๐€๐ซ๐ ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐Ÿ_๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ_๐Š๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š_๐‰๐จ๐ข๐ง_๐†๐จ๐๐ก๐š

เผ† @samitecnoเผ†
เผ† @samitecno เผ†


๐Ÿ“Œ ||| - @samitecno - |||


ยฉuraeltech ๐Ÿ“Œ
๐Ÿง‘โ€๐Ÿ’ปRakkoolee kompiyuutarri qaba jedhamu hedduu isaa mala armaan gadiin furuu ni dandeessu!๐Ÿง

Computer Maintenance Checklist ๐Ÿค“

Step 1: Anti-virus ๐Ÿค”
Step 2: Anti-spyware/anti-malware ๐Ÿฅต
Step 3: Empty your recycle bin (best done with CCleaner) ๐Ÿฅธ
Step 4: Disk and Application/Software Cleanup
Step 5: Defragment
Step 6: Configure your startup
Step 7: Check Windows Updates, Update plugins and basic applications ๐Ÿฅบ
Step 8: Check file backup plan and create system recovery disks if applicable
Step 9: Clean and dust internal computer parts and fan (check fans and computer temp.)


โ™จ@samitecnoโ™จ
๐Ÿ”ฅ@samitecno๐Ÿ”ฅ


๐Ÿ”—@free_ict_group๐Ÿ”—

ยฉuraeltech
Baankiin Daldala Itoophiyaa (CBE) tajaajilaa kaardii ATM malee maallaqa maashinii ATM keessa baafachuu dandeessisu maamiltoota isaaf dhiyeessee jira.

Kunis kaardii ATM malee #CBE_Birr fayyadamuun maallaqa maashini ATM keessaa baafachuu dandeessisa. Yoo CBE Birr irraa maallaqa gahaa hinqabnees #mobile_banking fayyadamuun qarshii account keenya irraa gara CBE Birr tti dabarsuun salphaatti baafachuu dandeenya.

Steeppiiwwan armaan gadii hordofuun ATM machine irraa kaardii ATM malee maallaqa baafachuu dandeenya.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

#Step_1: ATM machine iskiriinii isaa gara gadii CARD LESS kan jedhuu filanna.

#Step_2: Itti aansuun CBEBirr Cash Withdraw kan jedhu filanna.

#Step_3: Please enter your phone number wayita nuun jedhutti, lakkoofsa bilbilaa ittiin CBE birr banannee galchuun Continue jenna.

#Step_4: Enter your voucher number(lakkofsa iccitii ykn PIN) itti galchuun Continue jenna.

#Step_4: Please enter withdrawal amount yeroo nuun jedhutti Maallaqa hanga baasu barbaanne itti galchuun continue jennaan.

#Step_5: Maallaqa nuti gaafanne nuuf baha jechuudha.

Galatoomaa๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
Channel keenya join akkasumas share waliif gochuu hin dagatinaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@samitecno
@samitecno
@samitecno

Yaadaaf gaaffiif
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@samilearn
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Sm js
Kabajamtoota maatii channel kenyaa akkam jirtuu?
channel bareeda gorsaa hayyoota addunyaa Fi suura profile akkasumas jechoota dadamakso afaan sadiin qabatee dhufee jiraa...maarree link gadii ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ tuquun maatii channel kenyaa ta'a...๐Ÿ™

๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ @fi_ran ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ

โ˜‘๏ธ Pic to wallpapers ๐Ÿ–ผ
โ˜‘๏ธ motivation quotes ๐Ÿ˜Ž
โ˜‘๏ธ profile picture ๐ŸŽจ
by:-English
Amharic
&Afan oromo
For your comments @qalloo_kee
๐Ÿ”ฅ ROOTING RELATED TERMS๐Ÿ”ฅ

โš ๏ธ Recovery: Every Android device comes with a recovery through which the OS can install over-the-air updates. It i s also used by the system whenever you factory reset a device. If you want to flash a custom ROM, you will have to replace the stock recovery with a custom one.
โš ๏ธ Superuser/SuperSU: This application is automatically installed on the device during the process of rooting. It is used to grant or deny root access to other apps.
โš ๏ธ TWRP/CWM: Both are custom recoveries that allow users to install custom ROMs, format certain partitions or make nandroid backups.How to Flash the TWRP Recovery Environment to Your Android Phone (Team Win Recovery Project or TWRP)
โš ๏ธ Custom ROM: A customized and advanced version of Android containing many features and optimizations, usually based on the latest version of Android.
โš ๏ธ Bootloader:Is a the code that runs even before the operating system on your device boots. It helps in booting other operating systems by systematically loading their files in the memory. The bootloader of your Android device can either be locked, unlocked or unlockable.How to Unlock Your Android Phoneโ€™s Bootloader
Usually, you will need to unlock the bootloader of your device before rooting it.
โš ๏ธ Rooting a device is a process of gaining full control of the device's OS and the software that runs it.While you can customize Android to suit your taste, device manufacturers add layers of software on top of the operating system hence limiting a user's options.
Rooting is a way to bypass this barrier and exploit your device's full potential. Rooting is the equivalent of jailbreaking an iPhone

๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ@samitecno๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ
โค1
แˆตแˆแŠฎแ‰ตแŠ• แ“แ‰ฐแˆญแŠ• แˆจแˆตแ‰ฐแ‹แ‰ต แˆตแˆแŠฎ แŠ แˆแŠจแแ‰ต แ‰ฅแˆŽแ‰ณแˆ? แŠฅแŠ•แ‹ดแ‰ต
แˆตแˆแŠฉแŠ• แŠฅแŠ•แ‹ฐแŒˆแŠ“ แˆ˜แŠญแˆแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆšแ‰ปแˆ .....
แˆตแˆแŠฎแ‰ตแŠ• แ“แ‰ฐแˆญแŠ• แˆจแˆตแ‰ฐแ‹แ‰ต แˆตแˆแŠฎ แŠ แˆแŠจแแ‰ตแ‰ฅแˆŽแ‰ณแˆ? แ‹จแ‰ฐแˆจแˆณแ‹แŠ•
แ“แ‰ฐแˆญแŠ• แŠ แŒฅแแ‰ฐแŠ• แŠฅแŠ•แ‹ดแ‰ต แˆตแˆแŠฉแŠ• แŠฅแŠ•แ‹ฐแŒˆแŠ“ แˆ˜แŠญแˆแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆšแ‰ปแˆ
แŠฅแŠ“แ‹ซแˆˆแŠ•แข แŒแŠ• แŠ แŠ•แ‹ต แˆ›แ‹ˆแ‰… แ‹ซแˆˆแ‰ฆแ‰ต แАแŒˆแˆญแ‰ขแŠ–แˆญ Install แ‹ซแ‹ฐแˆจแŒ‰แ‰ต
แŠ แ•แˆŠแŠฌแˆฝแŠ• แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆแˆ แ‹จแˆ˜แ‹˜แŒˆแ‰กแ‰ต แˆตแˆแŠญแˆ แŠซแˆˆ แˆ˜แŒฅแ‹แ‰ฑ
แ‹จแˆ›แ‹ญแ‰€แˆญ แАแ‹แข
แŠฅแАแ‹šแˆ…แŠ• 6 แˆตแ‰ดแ–แ‰ฝแ‹ญแŒ แ‰€แˆ™
Step 1:- แˆตแˆแŠฎแ‰ตแŠ• switch off แ‹ซแ‹ตแˆญแŒ‰แ‰ตแŠ“แˆˆแŒฅแ‰‚แ‰ต
แˆฐแŠจแŠ•แ‹ถแ‰ฝแ‹ญแŒ แ‰ฅแ‰แขStep
2:- แŠจแ‹›แˆ แŠฅแАแ‹šแŠ• แ‰แˆแŽแ‰ฝแˆ›แˆˆแ‰ตแˆ แ‹ตแˆแ… แˆ˜แŒจแˆ˜แˆชแ‹ซแ‹แŠ•
( ),Home key, power แ‰ แ‰ฐแŠ‘แŠ• แ‰ แŠ แŠ•แ‹ต แˆ‹แ‹ญแ‹ญแŒซแŠ—แ‰ธแ‹แŠ“
แˆตแˆแŠฎแ‰ตแŠ• แ‹ซแˆตแАแˆฑแ‰ตแขStep
3:-แŠจแ‹›แˆ แ‹จแ‰ฐแˆˆแ‹ซแ‹ฉ แŠฆแ‰ฅแˆฝแŠ–แ‰ฝแ‹ญแˆ˜แŒกแˆŽแ‰ณแˆแขStep
4:- แŠจแ‹›แˆ "Restore factorydefaults" แ‹ˆแ‹ญแˆ "Delete
all userdata" แ‹จแˆšแˆˆแ‹แŠ• แ‹ญแˆแˆจแŒกแข
Step 5:-แŠจแ‹›แˆ "Reboot system now"แ‹จแˆšแˆˆแ‹แŠ•
แ‹ญแˆแˆจแŒกแข
Step 6:- แŠจแ‹›แˆ แˆตแˆแŠฎแ‰ต Reboot แŠ แ‹ตแˆญแŒŽ แŠฅแˆตแŠชแŒจแˆญแˆต
แ‹ญแŒ แ‰ฅแ‰แข แŠจแ‹šแ‹ซแˆ แˆตแˆแŠฎแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ฐ แŠ แ‹ฒแˆต แ‹ญแŠจแˆแ‰ณแˆแข
Step7:- like แ‹ซแ‹ตแˆญแŒ‰
step8:- share แ‰ แˆ›แ‹ตแˆจแŒ แˆˆแ‰ฅแ‹™แ‹Žแ‰ฝ แ‹ซแˆณแ‹ˆแ‰..
โ–ฌโ–ฌ Share โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
แˆˆแ‰ฐแŒจแˆ›แˆช แŠฅแ‹แ‰€แ‰ต แŠฅแŠ“ แŒ แ‰ƒแˆš แ‹จแ‰ดแŠญแŠ–แˆŽแŒ‚ แˆ˜แˆจแŒƒ แˆˆแˆ›แŒแŠ˜แ‰ต แ‰ แ‹š แ‹จแ‰ดแˆŒแŒแˆซแˆ แ‰ปแŠ“แˆ‹แ‰ฝแŠ•แŠ• แŠจแ‰ณแ‰ฝ แ‰ฃแˆˆแ‹‰แŠ• แˆŠแŠ•แŠญ แ‰ แˆ˜แŒซแŠ• แˆ›แŒแŠ˜แ‰ต แ‹ญแ‰ฝแˆ‹แˆ‰แข
here it is

@samitecno

แ‰ แ‰ฐแŒจแˆ›แˆชแˆ แ‹จgroup member add adergu
โ”ˆโ”ˆโ”ˆโ”ˆโ€ขโ€ขโ—โ—‰โ–โ—‰โ—โ€ขโ€ขโ”ˆโ”ˆโ”ˆ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@free_ict_group
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
COD-ETยฎ pinned a ๐ŸŽฉ sticker
#update 2022

๐Ÿ‘‹Nagaa jirtan maatii @samitecno baga jiraattan jechaa mee bootiiwwan asii gadii faayidaa adda addaa qabaati fayyadama

โœ…๏ธ @YouTubeTGBot - you tube irraa video buufachuuf telegram gubbaan bootii isin gar gaarudha.

โœ…๏ธ @spotify_to_mp3_bot - muuziqaa adda addaa irraa argachuuf

โœ… @XompressorBot - hamma (size) audio hir'isuuf kan gargaarudha

โœ… ๏ธ @pdfbot - pdf ittiin hojjachuuf kan gargaarudha

โœ…๏ธ @mephbot - bootii kana irraa muuziqaa gara garaa ni argattuu

โœ…๏ธ @Uloadit_bot - telegram irratti faayila upload godhuuf kan isin gargaarudha

โœ…๏ธ @GmailBot - bootii kanaan gmail account keessaniin eega walqunnamsiistanii booda namaaf barreessuu fi ergaa namni nuuf barreesses asumร an argachuu dandeessu

โœ…๏ธ @Gozilla_bot - bootii kana fayyadamuun video you tube irratti post ta'e tokko liinkii isaa asirratti paste godhuun buufachuu dandeessu

โœ… @encoderbot - bootii kanaan audio telegrama irratti argamu mb baay'ee qabu gara kb jijjiiruf kan gargaarudha. Garuu hanqinni isaa guyyaa tokkotti audio converter kan godhu 4 qofa.

โœ… @MathCalcBot - bootii kanaan herreega ittiin herreeguu ni dandeessuu

โœ… @GHAnnunciBot - bootii chaanaalaf gar gaarudha

โœ… @NoteOfficialBot - yaadannoo gara garaa irratti qabachuuf isin gargaara.

โœ… @virus_total_scan_bot - bootii kanaan faayila ta'e tokko vaayrasii ni qabaa fi hin kan ittin addaan bafattaniidha bootii hedduu namatti toluudha fayyadamaa.

โœ… @apkdl_bot bootii kanaan aappii barabaaddan ittiin buufachuu dandeessu maqaa qofa itti barreessudhaan jechuudha

โœ… @imageToText_bot bootii kanaan immoo barreeffama suuraa irra jiru barreeffama irraa addatti isiniif baasa

โ™จ https://t.me/Mubarektechbot?start=ar1289761288 booti kanarraammo waan aja'iba hedduu argaattu start jechuun seena.

๐Ÿท gaaffii ykn yaada yoo qabaattan ๐Ÿ‘‡
โ•ญโ”€โ€ขโ€ขโ”€โ•โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ•โ”€โ€ขโ€ขโ”€โ•ฎ
๐Ÿค–: @free_ICT_group
๐Ÿ“ข: @samitecno

โ•ฐโ”€โ€ขโ€ขโ”€โ•โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ•โ”€โ€ขโ€ขโ”€โ•ฏ
๐Ÿ‘Ž1
Firiin qormaata seensa yuunvarsiitii bara 2013 ifoome.

Sababoota garagaraatin dheeratee kan ture buโ€™aan qormaata seensa yuunvarsiitii bara 2013 ifoomuu Ejansii Madaallii Barnootaa fi Qormaataa Biyyaalessaa beeksiseera.

Qormaaticha fudhachuuf barattoota galmaโ€™aan kuma dhibba 6 fi kuma 17 fi 991 keessaa %96 kan taโ€™aan qormaaticha marsaa lamaan fudhataniiru.

Waliigalan kumni dhibbi 2 fi kumni 77 kan taโ€™an dubartoota jedhameera.

Soororsi qormaaticha amansiisaa taโ€™uu fi meeshaalee sakattoo xuxuqqiirra bilisaatiin kaameraawwan poolisii federaa fi seekterichaatin tumsamee of eeggannoon gaggeeffamu ibsameera.

Barattoota dambii qormaatichaa cabsaan 141 irra buโ€™aa qormaata haquu dabalatee tarkaanfiwwan adda adda fudhatamaniiru.

Buโ€™aan qormaata Siiviiksi madaallii seensa yuunvarsiitiif akka hin tajaajille murtaaโ€™e

Buโ€™aan qormaata Siiviiksii madaallii seensa yuunvarsiitiif akka hin tajaajille murtaaโ€™uu Ejansii Madaallii Barnootaa fi Qormaataa Biyyaalessaa beeksiseera.

Dabalatanis xiinxalli buโ€™aa qormaatilee akaakuu barnootaatin, manneen barnootaa fi sadarkaan barataa gaggeessuu fi buโ€™aawwan akaakuu barnoota tokko tokkorratti gamaaggamaa gaggeessuu ibseera.

Buโ€™uuruma kanaan buโ€™aan qormaata siiviiksi manneen barnoota hunda keessaatti sadarkaa walfakkatadha jedhuun daballii agarsiisuu ibsameera.

Sababa kanaanis buโ€™aan qormaata Siiviiksi madaalli seensa yuunvarsiitiif akka hin tajaajille murtaaโ€™uu ejansichi ibseera.

Karaawwan Firii qorumsa biyyaalesaa kutaa 12ffaa bara 2014 ittiin ilaalan.

Buโ€™uruma kanaan barattoonni buโ€™aa qormaata isaanii:-

1.Maarsariitii Ejansii Madaallii Barnootaa fi Qormaataa Biyyaalessaa:- result.neaea.gov.et

2.Maarsariitii Ministeera Barnoota result.ethernet.edu.et

3.Bootii Teelegraamii (Telegram Bot):- @moestudentbot linkiwwan kanneen xuquun firii qormaataa isaanii ilaalachuu ni dandaโ€™uu.

4.Erga gabaaba SMS 9444 irratti lakkoofsa isaanii galchuu ergun buโ€™aa isaanii baruu ni dandaโ€™uu jedhameera.

Haaluma wal fakkatuun barattoonni komii qaba liinkii result.neaea.gov.et seenuu fi Compliant kan jedhu xuquun komii isaanii unkarratti guutuu akka dandaโ€™aan ibsameera.


#KUTAA_12ffa
๐Ÿ“กMIIDIYAA


@samitecno
@samitecno

Yaada๐Ÿ“ฉ
@samilearn
@samilearn
๐Ÿ‘1
Kutaa 12 +1

Hubachiisa KOMII DHIHEEFFACHUUF


Barattoonni firii keessan irratti komii qabdan karaa Marsaariitii result.neaea.gov.et jedhuun seenuun fi Complaint kan jedhu cuqaasuun komii keessan unka(form) irratti guutuun dhiheeffachuu akka dandeessan
ibsameera. Ejensichi deebii isaa karaa teessoo isin unka(form) irratti guuttaniin kan deebisu yemmuu ta'u, qaamaan gara ejensichaa dhufuun akka hin barbaachisne ibsameera.

Yookiin immoo liinkii kana gadii jiruu fayyadamuu dandeessu โฌ‡๏ธ

https://docs.google.com/forms/d/e/1FAIpQLSd2taZnPEhGPldTwTIx87tnYfEhYPkCWHnm3eRWjRhnD-FtTg/viewform

โœคJoin more news
๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‡ @samitecno
@samotecno

โ†ช Share and Support your friend