2004-2011 entrance questions.zip
2.1 MB
barattooa kutaa 12ffa entrance exam iddoo tokkotti โจ๏ธ @samitecno โจ๏ธ๐ฏ๐ฏ โจ๏ธ @free_ict_group โจ๏ธ
link application gadii๐๐พ kanan extract godhaati fayyadama๐ https://t.me/samitecno/1275
Telegram
School Techยฎ
best extracter zip file apk for android @samitecno @free_ict_group
๐คทโโ๐คทโโAccount Facebook amma fayyadamaa jirru cufuun/ tasa balleessuun akkamittiin danda'amaa??
๐Midiyaa hawaasaa kamiinuu yeroo barbaannetti account banannee gaafa fedhiin keenya badetti yoo feene accounticha tasuma balleessuu, yoo feenes yeroodhaaf cufnee gaafa barbaanne immoo deebisnee reactivate gochuun fayyadamuu dandeenya.
๐account Facebook hanga nutti toletti fayyadamnee gafa fedhiin fayyadama keenyaa badetti cufuu dandeenya. yeroo account kana cufnus karaa lamaan cufna:
1: #deactivate_account:- account kana yeroodhaaf cufnee gaafa barbaannu reactivate goonee deebinee itti fayyadamuu dandeenya.
Private message(chat) irra kan hafe yeroof photo,video, profile akkasumas post keenya hundinuu namoota jalaa nidhokata(hidden)ta'a. Kana jechuun garuu delete taha jechuu miti. Search godhaniis namoonni nu argachuu hin danda'anu.
2: #delete_account:- inni kun garuu accounticha tasuma balleessudha. Erga badee booda garuu deebisnee argachuus tahe reactivate goonee itti fayyadamuu hin dandeenyuu. Adeemsa delete gochuu kana ergi eegalchiisne booda cancel gochuu yoo feene facebook guyyoota 30 nuuf laata. Sana booda garuu carraa accounticha argachuu hinqabnu.
Walumaa galatti facebook account keenya delete gochuuf guyyoota 90 itti fudhata. Turtii guyyoota 90 kanatti namni kamiyyuu profile,suuraas tahe post keenya kanaan duraa kamiinu arguu hindandahuu
Egaa school tech sagantaa isaa harraatiin akkamitti account facebook akka cufan akka armaan gadiitti isiniif qabatee dhufee jira. Dubbisaa irraa baradhaa.
๐Account Facebook yeroof cufuuf(#deactivate) gochuuf steppiiwwan armaan gadii hordofaa.
๐๐๐๐๐๐๐๐
Step 1: Facebook keenyaa banuun sarara sadii mataarra gara mirgaatiin jiru cuqaasna.
Step 2: #setting keessa seennee #personal_and_information_account Kan jedhu cuqaasna.
Step 3: #Account_ownership_and_control Kan jedhu cuqaasna.
Step 4: itti aansuun #deactivation_and_deletion filanna .
Step 5: #Deactivate_account filachuun continue Jenna.
Step 6: password keenya itti galchuun continue jenne xumurra.
=================
๐๐Account Facebook tasuma cufuuf(#delete) gochuuf steppiwwan armaan gadiitti hordofna.

Step 5: #delete_account filachuun continue jennaani .
Step 6: itti aansuun #continue_to_account_deletion cuqaasuu
Step 7: #delete account gara gadii jiru cuqaasuu
Step 8. Password keenya itti galchuun Continue jechuun xumurra.
Galatoomaa๐๐๐
Channel keenya join akkasumas share waliif gochuu hin dagatinaa.
๐๐๐๐๐๐๐
@samitecno
@samitecno
@samitecno
Yaadaaf gaaffiif
๐๐๐๐๐๐๐๐
@samilearn
ยฉcredit: burkatech

rufus-3.15p.exe
1.1 MB
rufus for bootable flash window๐ฏ โจ๏ธ@samitecnoโจ๏ธ โจ๏ธ@free_ictgroupโจ๏ธ
๐1
speedtest-@samitecno.apk
29.5 MB
internet speedtest for android join and support us โจ๏ธ@samitecnoโจ๏ธ โจ๏ธ@free_ict_groupโจ๏ธ
#update
hacking maalidha?
Akkam jirtuu kabajamtoota maatii school Tech gaaffii baayyinaan karaa keessoo nuqaqqaban keessaa waayee hacking irratti gadi fageenyaan akka barsiifnu gaafatamnee jirra. Kanaaf jecha harraaf akka seensaatti mata duree hacking maalidha jedhu gabaabsinee akka armaan gadiitti qabannee dhufnee jirra. #dubbisaa_irraa_baradhaa
๐Hacking gocha qaawwa banaa ta'e sirna kompiitaraa ykn network keessa barbaadanii argachuun saaqanii seenuuti.
๐hacking yeroo baay'ee kan hojjatamuuf miidhaa geessisuuf(kompiitara miidhuuf yookiin odeeffannoo hatuuf) akka ta'e ni beekna. Namni gocha hacking kana raawwatu hacker jedhama.
#Gosoota_Hackers
Hackeroonni hojii isaanii irratti hundaa'uun bakka gurguddoo 3tti qoodamu
1.#White_Hat_Hackers (Ethical hackers):- Jarreen kun beekumsa hacking qabanutti fayyadamuun odeeffannoo ykn daataa argachuuf jecha sakatta'iinsa seeraan alaa kanneen hin goonedha.
๐Yeroo baay'ee dadhabina sagantaa kompiitaraa fi network kompiitaraa keessa jiru barbaadanii argachuun beekamuu. Akkasumas Hanqina system kompiitaraa foyyessuufi rakkoo network qabuu furuuf kanneen hojjetaniidha.
Kanaaf jecha #Security_expert jedhamuun beekamu. Industry IT irratti illee guyyaa harraa baayyee barbaadamoodha. Walumagalattii yeroo hedduu #cyberattack ittisuuf akkasumas system garaagaraa test gochuuf gargaaru.
2.#Black_Hat_Hackers(the bad guys) :- Hackeroonni gosa kanaa #crackers jedhamuun beekamu. Jarreeen kun beekumsa hacking qabanitti fayyadamuun hojiilee seeraan ala ta'an garaagaraa eeyyama malee raawwatu.
Fakkenyaaf:
๐Credit card hatuu
๐Bank hack godhuu
๐Daataa fi odeeffannoo hatuu
๐Password namaa cabsuu
๐system hojiin ala gochuu fi kkf
3. #Grey_Hat_Hackers :-Jarreen kun #white_hat fi #black_hat giddutti kan argaman #hybrid dha. Kana jechuunis yeroo tokko black hat yeroo kaan immoo white hat ta'uun sochii jaraa adeemsisu.
Sadarkaa hackeroota( Hackers Hierarchy)
๐๐๐๐๐๐๐
#Script_kiddies :-Warreen dandeetti hacking hinqabne garuu hacker ta'uu barbaadanidha. Hack gochuuf kan jarri fayyadaman #ready_made_tool ykn software qaama biraatiin qophaa'edha. Yeroo baayye beekumsaa fi dandeettii waan hinqabneef akkasumas ofeegganno barbaachisuu illee dursanii waan hin fudhanneef ofumaa deebisanii of miidhu. "Little knowledge is dangerous" jedhu warrii adiin.
#Intermediate_hackers :- scriptkiddies irraa beekumsaa fi dandeetti hacking ni qabu, garuu software hacking dhaaf jara gargaaru kan dhuunfaa isaanii uummachuu hin danda'ani. Haatau malee dandeetti hacking gaarii qabu.
#Professional_or_Elite_hackers
Jarreen kun dandeettii fi beekumsa hacking kan sirriitti qabaniifi software mataa isaanii kan hacking gochuuf gargaaruun uummachuu danda'u.
Kanaafuu system kamiin iyyuu dandeetti ajaa'ibaa cabsanii seenuu fi ofiis akka hinqabamneef of dhoksuu jara dandeessisu qabu.
Galatoomaa๐๐๐
Channel keenya join akkasumas share waliif gochuu hin dagatinaa.
๐๐๐๐๐๐๐
@samitecno
@samitecno
@free_ICT_group

๐ฅ1
#_๐๐๐๐ก_๐๐๐ฐ๐ฌ
Dhaabbanni Feesbuuk WBO feesbuukii irraa uggureera maqaa WBO ykn kanneen jaarmiyicha bakka bu'aniin fuulli banamu ykn banamee jiru ni haqama, kan banamuuf jiraatus hayyama hin argatu jechuudha.
Qabiyyeewwan namoota biraan maxxanfaman ''garee kanaaf deeggarsa kennu ykn hokkora gareen kun uumu leellisu'' ni haqamu.
Namoota Heddu Jala Sababuma kanaan Account isanii uugurama turun isa ni yaaddatama Kanaafuu ofeeggannoo barbaachisuu gochu qabdu.๐๐๐
#๐๐๐๐๐๐๐๐ง๐ง๐จ๐จ_๐๐๐๐ค๐ง๐จ๐ฅ๐จ๐จ๐ฃ๐ข๐ข_๐๐๐ซ๐จ๐จ_๐๐๐ซ๐จ๐จ๐ง_๐๐ซ๐ ๐๐๐ก๐ฎ๐_๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ_๐๐๐๐ง๐ฒ๐_๐๐จ๐ข๐ง_๐๐จ๐๐ก๐
เผ @samitecnoเผ
เผ @samitecno เผ
๐ ||| - @samitecno - |||
ยฉuraeltech ๐

๐งโ๐ปRakkoolee kompiyuutarri qaba jedhamu hedduu isaa mala armaan gadiin furuu ni dandeessu!๐ง
Computer Maintenance Checklist ๐ค
Step 1: Anti-virus ๐ค
Step 2: Anti-spyware/anti-malware ๐ฅต
Step 3: Empty your recycle bin (best done with CCleaner) ๐ฅธ
Step 4: Disk and Application/Software Cleanup
Step 5: Defragment
Step 6: Configure your startup
Step 7: Check Windows Updates, Update plugins and basic applications ๐ฅบ
Step 8: Check file backup plan and create system recovery disks if applicable
Step 9: Clean and dust internal computer parts and fan (check fans and computer temp.)
โจ@samitecnoโจ
๐ฅ@samitecno๐ฅ
๐@free_ict_group๐
ยฉuraeltech

Baankiin Daldala Itoophiyaa (CBE) tajaajilaa kaardii ATM malee maallaqa maashinii ATM keessa baafachuu dandeessisu maamiltoota isaaf dhiyeessee jira.
Kunis kaardii ATM malee #CBE_Birr fayyadamuun maallaqa maashini ATM keessaa baafachuu dandeessisa. Yoo CBE Birr irraa maallaqa gahaa hinqabnees #mobile_banking fayyadamuun qarshii account keenya irraa gara CBE Birr tti dabarsuun salphaatti baafachuu dandeenya.
Steeppiiwwan armaan gadii hordofuun ATM machine irraa kaardii ATM malee maallaqa baafachuu dandeenya.
๐๐๐๐๐๐๐๐
#Step_1: ATM machine iskiriinii isaa gara gadii CARD LESS kan jedhuu filanna.
#Step_2: Itti aansuun CBEBirr Cash Withdraw kan jedhu filanna.
#Step_3: Please enter your phone number wayita nuun jedhutti, lakkoofsa bilbilaa ittiin CBE birr banannee galchuun Continue jenna.
#Step_4: Enter your voucher number(lakkofsa iccitii ykn PIN) itti galchuun Continue jenna.
#Step_4: Please enter withdrawal amount yeroo nuun jedhutti Maallaqa hanga baasu barbaanne itti galchuun continue jennaan.
#Step_5: Maallaqa nuti gaafanne nuuf baha jechuudha.
Galatoomaa๐๐๐
Channel keenya join akkasumas share waliif gochuu hin dagatinaa.
๐๐๐๐๐๐๐
@samitecno
@samitecno
@samitecno
Yaadaaf gaaffiif
๐๐๐๐๐๐๐๐
@samilearn
Kunis kaardii ATM malee #CBE_Birr fayyadamuun maallaqa maashini ATM keessaa baafachuu dandeessisa. Yoo CBE Birr irraa maallaqa gahaa hinqabnees #mobile_banking fayyadamuun qarshii account keenya irraa gara CBE Birr tti dabarsuun salphaatti baafachuu dandeenya.
Steeppiiwwan armaan gadii hordofuun ATM machine irraa kaardii ATM malee maallaqa baafachuu dandeenya.
๐๐๐๐๐๐๐๐
#Step_1: ATM machine iskiriinii isaa gara gadii CARD LESS kan jedhuu filanna.
#Step_2: Itti aansuun CBEBirr Cash Withdraw kan jedhu filanna.
#Step_3: Please enter your phone number wayita nuun jedhutti, lakkoofsa bilbilaa ittiin CBE birr banannee galchuun Continue jenna.
#Step_4: Enter your voucher number(lakkofsa iccitii ykn PIN) itti galchuun Continue jenna.
#Step_4: Please enter withdrawal amount yeroo nuun jedhutti Maallaqa hanga baasu barbaanne itti galchuun continue jennaan.
#Step_5: Maallaqa nuti gaafanne nuuf baha jechuudha.
Galatoomaa๐๐๐
Channel keenya join akkasumas share waliif gochuu hin dagatinaa.
๐๐๐๐๐๐๐
@samitecno
@samitecno
@samitecno
Yaadaaf gaaffiif
๐๐๐๐๐๐๐๐
@samilearn
Forwarded from Sm js
Kabajamtoota maatii channel kenyaa akkam jirtuu?
channel bareeda gorsaa hayyoota addunyaa Fi suura profile akkasumas jechoota dadamakso afaan sadiin qabatee dhufee jiraa...maarree link gadii ๐๐ tuquun maatii channel kenyaa ta'a...๐
๐ฅ๐ฅ @fi_ran ๐ฅ๐ฅ
โ๏ธ Pic to wallpapers ๐ผ
โ๏ธ motivation quotes ๐
โ๏ธ profile picture ๐จ
by:-English
Amharic
&Afan oromo
For your comments @qalloo_kee

๐ฅ ROOTING RELATED TERMS๐ฅ
โ ๏ธ Recovery: Every Android device comes with a recovery through which the OS can install over-the-air updates. It i s also used by the system whenever you factory reset a device. If you want to flash a custom ROM, you will have to replace the stock recovery with a custom one.
โ ๏ธ Superuser/SuperSU: This application is automatically installed on the device during the process of rooting. It is used to grant or deny root access to other apps.
โ ๏ธ TWRP/CWM: Both are custom recoveries that allow users to install custom ROMs, format certain partitions or make nandroid backups.How to Flash the TWRP Recovery Environment to Your Android Phone (Team Win Recovery Project or TWRP)
โ ๏ธ Custom ROM: A customized and advanced version of Android containing many features and optimizations, usually based on the latest version of Android.
โ ๏ธ Bootloader:Is a the code that runs even before the operating system on your device boots. It helps in booting other operating systems by systematically loading their files in the memory. The bootloader of your Android device can either be locked, unlocked or unlockable.How to Unlock Your Android Phoneโs Bootloader
Usually, you will need to unlock the bootloader of your device before rooting it.
โ ๏ธ Rooting a device is a process of gaining full control of the device's OS and the software that runs it.While you can customize Android to suit your taste, device manufacturers add layers of software on top of the operating system hence limiting a user's options.
Rooting is a way to bypass this barrier and exploit your device's full potential. Rooting is the equivalent of jailbreaking an iPhone
๐ฅ๐ฅ๐ฅ@samitecno๐ฅ๐ฅ๐ฅ

โค1
แตแแฎแตแ แแฐแญแ แจแตแฐแแต แตแแฎ แ แแจแแต แฅแแณแ? แฅแแดแต
แตแแฉแ แฅแแฐแแ แแญแแต แฅแแฐแแปแ .....
แตแแฎแตแ แแฐแญแ แจแตแฐแแต แตแแฎ แ แแจแแตแฅแแณแ? แจแฐแจแณแแ
แแฐแญแ แ แฅแแฐแ แฅแแดแต แตแแฉแ แฅแแฐแแ แแญแแต แฅแแฐแแปแ
แฅแแซแแแข แแ แ แแต แแแ แซแแฆแต แแแญแขแแญ Install แซแฐแจแแต
แ แแแฌแฝแ แฅแแฒแแ แจแแแแกแต แตแแญแ แซแ แแฅแแฑ
แจแแญแแญ แแแข
แฅแแแ แ 6 แตแดแแฝแญแ แแ
Step 1:- แตแแฎแตแ switch off แซแตแญแแตแแแฅแแต
แฐแจแแถแฝแญแ แฅแแขStep
2:- แจแแ แฅแแแ แแแแฝแแแตแ แตแแ แแจแแชแซแแ
( ),Home key, power แ แฐแแ แ แ แแต แแญแญแซแแธแแ
แตแแฎแตแ แซแตแแฑแตแขStep
3:-แจแแ แจแฐแแซแฉ แฆแฅแฝแแฝแญแแกแแณแแขStep
4:- แจแแ "Restore factorydefaults" แแญแ "Delete
all userdata" แจแแแแ แญแแจแกแข
Step 5:-แจแแ "Reboot system now"แจแแแแ
แญแแจแกแข
Step 6:- แจแแ แตแแฎแต Reboot แ แตแญแ แฅแตแชแจแญแต
แญแ แฅแแข แจแแซแ แตแแฎแต แฅแแฐ แ แฒแต แญแจแแณแแข
Step7:- like แซแตแญแ
step8:- share แ แแตแจแ แแฅแแแฝ แซแณแแ..
โฌโฌ Share โฌโฌโฌโฌ
แแฐแจแแช แฅแแแต แฅแ แ แแ แจแดแญแแแ แแจแ แแแแแต แ แ แจแดแแแซแ แปแแแฝแแ แจแณแฝ แฃแแแ แแแญ แ แแซแ แแแแต แญแฝแแแข
here it is
@samitecno
แ แฐแจแแชแ แจgroup member add adergu
โโโโโขโขโโโโโโขโขโโโ
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
@free_ict_group

#update 2022
๐Nagaa jirtan maatii @samitecno baga jiraattan jechaa mee bootiiwwan asii gadii faayidaa adda addaa qabaati fayyadama
โ ๏ธ @YouTubeTGBot - you tube irraa video buufachuuf telegram gubbaan bootii isin gar gaarudha.
โ ๏ธ @spotify_to_mp3_bot - muuziqaa adda addaa irraa argachuuf
โ @XompressorBot - hamma (size) audio hir'isuuf kan gargaarudha
โ ๏ธ @pdfbot - pdf ittiin hojjachuuf kan gargaarudha
โ ๏ธ @mephbot - bootii kana irraa muuziqaa gara garaa ni argattuu
โ ๏ธ @Uloadit_bot - telegram irratti faayila upload godhuuf kan isin gargaarudha
โ ๏ธ @GmailBot - bootii kanaan gmail account keessaniin eega walqunnamsiistanii booda namaaf barreessuu fi ergaa namni nuuf barreesses asumร an argachuu dandeessu
โ ๏ธ @Gozilla_bot - bootii kana fayyadamuun video you tube irratti post ta'e tokko liinkii isaa asirratti paste godhuun buufachuu dandeessu
โ @encoderbot - bootii kanaan audio telegrama irratti argamu mb baay'ee qabu gara kb jijjiiruf kan gargaarudha. Garuu hanqinni isaa guyyaa tokkotti audio converter kan godhu 4 qofa.
โ @MathCalcBot - bootii kanaan herreega ittiin herreeguu ni dandeessuu
โ @GHAnnunciBot - bootii chaanaalaf gar gaarudha
โ @NoteOfficialBot - yaadannoo gara garaa irratti qabachuuf isin gargaara.
โ @virus_total_scan_bot - bootii kanaan faayila ta'e tokko vaayrasii ni qabaa fi hin kan ittin addaan bafattaniidha bootii hedduu namatti toluudha fayyadamaa.
โ @apkdl_bot bootii kanaan aappii barabaaddan ittiin buufachuu dandeessu maqaa qofa itti barreessudhaan jechuudha
โ @imageToText_bot bootii kanaan immoo barreeffama suuraa irra jiru barreeffama irraa addatti isiniif baasa
โจ https://t.me/Mubarektechbot?start=ar1289761288 booti kanarraammo waan aja'iba hedduu argaattu start jechuun seena.
๐ท gaaffii ykn yaada yoo qabaattan ๐
โญโโขโขโโโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโโโขโขโโฎ
๐ค: @free_ICT_group
๐ข: @samitecno
โฐโโขโขโโโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโโโขโขโโฏ